Biyyaa Baheen Milkii Dhabe

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 24 พ.ย. 2024

ความคิดเห็น • 294

  • @sifanoliijiraiyesus449
    @sifanoliijiraiyesus449 3 ปีที่แล้ว +12

    Uufffff homaa miti dhali nama qormaata baay'ee argaa har’a siti ta’e hin dhiphaatiin bor har’a miti 😭😭😭😭😭😭

  • @sshawaa4681
    @sshawaa4681 3 ปีที่แล้ว +17

    Uuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭homaa miti obsii sanyii koo ni darbaa garuu waan hunda jaalallee keetti himii

    • @huwaiehuwvie432
      @huwaiehuwvie432 3 ปีที่แล้ว

      Waqaayyoo guyyaa qaba obsi sanyiikoo.wan jiru hundaà isaanitti himi.jiru biyyaa orma haagam akka ulfaatu beekadha.wan qabattee harkaati qabadhu gaali wanuma xiqqoo hojjee hojjeedhu jiraadhu.

    • @sabontuuaggarosabontuuagga1699
      @sabontuuaggarosabontuuagga1699 3 ปีที่แล้ว +1

      Uuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭 abshir woma miti obsii broko

  • @mobmob1168
    @mobmob1168 3 ปีที่แล้ว

    Kani Namaa jirachisuu Rabbii Kani Naman dabarsuu Rabbii Qofaa Galii ufiraa in yadiin

  • @misraahuseen9724
    @misraahuseen9724 3 ปีที่แล้ว +1

    dhugaa jirtu itti himii j tetitti yoo sirra Amante sii eegdee haa sii eegduu ykn sifis rabbii jira Abshiir!

  • @mastuukatamaa6033
    @mastuukatamaa6033 3 ปีที่แล้ว +5

    Anaa dhufu gamme jabaa keenya!❤💚❤🙏
    Yaa gamme akkattan ati itti dubbistees ta'ee seenaan mucaa osoo beekiin qalbii na cabsee na boochisee dhugaa😭😭
    Yaa obbooleessaa koo waaqayyo waan jabaate siif haa laafisu akka yaade miti kana fedha isaa siif haa kennu 🙌🙇🙏😭
    Ati immoo amanta keeti jabaadhu kadhaadhu abdii hin kutiin waaqayyo waan siif godhu hin beektu dhumaa kee waan ta'eef.
    Hiriyaa kee immoo suutan itti himi rakkoo hin qabu haala kee duraa irraa qabdee beekti yoo ta'ee hiriyaan hedduu waliin turaan namaaf hubbati.
    Ati immoo waan qabduu qabadhu gara biyyaa galii isheedhan mariyaadhutti.
    Lamaaffaa immoo jireenya keessaa keessatti maatii keetin waliitti butee yoo jiraatte galii isaan dhiifama gaafadhu wanti maatii ofii garaa itti hin bariine tokko illee garummaa hin qabu.
    Ani muddanno qaba.
    Bara 2005 maatii kiyyaan walitti bu''een biyyaa keessa ta'uu jibbee, biyyaa ormaan deema jedhe paassport baase yaalu eegalee achii booda osoo isumaa eeguu fi dhufe faa nan jedhani boru waan biraa osoo nan jedhanu guyyooni fagatanni alaa deemuu miti achiitti jiruu ijaaf gurraa qabne bahe galuun natti ulfaate keessaattin kufee inni guddaan nama waliin illee walii galee jiraachuun natti ulfaate namni naaf qoreedha yeroo hundaa dhumaaratti dhiiphu fi yaado irraan kan ka'ee lubbuu koo irraattin murteesse innis naaf milka'un didee.
    Boodde garuu maatii kiyyaatti galee dhiifama gaafadhe waan jiruu sirreeffadhe isaanis hubbache booda egalee turbee sadii osoo hin guutiin waanti hunduu naaf dhumaateen gara biyyaa ormaa bahe kunoo milkiinis hojeecha jira galata waaqayyo.
    Yeroo kamu waan hundaa keessaa garaa dhiifama fi yaada qulqulluun deemuun jiruu keenyaf waan hedduu qaba. Keessumayyuu maatii keenya irraa.
    Waaqayyo waan jabatee siif haa laafisu nagaanis gara biyyaa kee si haa galchuu 🙌🙌🙇🙇🙏😭
    Galii waan jiruu hiriyaa kee waliin mariyadhu waliin jiraadha tarii jijjiiramu dandeessa biyyaatti.

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว

      Mastu Maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @DerartuEyasu
    @DerartuEyasu 6 หลายเดือนก่อน

    Uffuu sanyiikoo jabdhuu homma mitii jalaalee keetii himii rakkookee rabbiin kadhadhuu yeroon bayyee immoo baba,uu hin bayyisiinii sillas biyyaa hormas wan ta,eef bakkummaa hojjiikee turrii waqayyoo si,ii haa gargaruu

  • @usnioro1783
    @usnioro1783 3 ปีที่แล้ว

    Abshiir obbolessaa koo rabbi waan yaadee hundaa siif haa guutuu jalaalee kee immoo Rakoo kee hundumaa itti himi shamaraan gara lafoo dha waan tokkoyu hin dhoksiin kanaatti furmataa Argaatuus yoo isii woliin rakoo kee dubaate qofaadha itti himi Nikaa godhaadhu of biraatti yaamii woliin dalagaadhu jalaaleen woggaa kana hundaa namaf obsiitu wolaahi dhugaa dubaachuf hin jiruu kanaafuu rakoo kee hubaachisuuf yaalii

  • @yousufjihaad4687
    @yousufjihaad4687 3 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuufffff senaa kee bay'ee Garaa namaa nyataa 😭 Obolesaa koo jalalee kee kaan woggaa kanaa hundaa si egaalee kanaa woggaa tokkoo naaf obsii jedhii woggaa tokko dalagaadhuu garaa Biyyaa keettii debihii wojiin jiraadhuu garuu waan hundaa ibsaa godhiif jalalee keef

  • @حمدانالعزيزي-ز1ح
    @حمدانالعزيزي-ز1ح 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee baay'ee namati dhagayama tiruu koo hin dabarti waaqayyoo hallaa keti haa darbuu humni waaqayyoo sii duraa haa darbuu ✝️🛐🛐🛐🛐😭😭😭

  • @moniiyeewelgalijii5227
    @moniiyeewelgalijii5227 3 ปีที่แล้ว +16

    Yaa waqayyoo😭 senanii kana cala gara nama nyatuu dhiraa irraa argesii dhagaheesii hin bekkuu.kuno har'aa dhagahee.Dhugaa. Dhamsaa kotii jalalee keef sutumaanii ibsifii dubartiin nama sutaan hubachiiseefii daftee hubatiifii. Waqayyoo jirenyaa kee hafee waqayyoo siif haa ebiisuu abdii kutiin😭

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 3 ปีที่แล้ว +1

      Kode ko maatii naf ta,i

  • @Obsii365
    @Obsii365 3 ปีที่แล้ว +4

    Uuuuuuuuuuuuuffffffiii 😭😭😭😭😭😭😭
    Homma miti hadhoo koo hin darba hundumtuu Jaalalee keeti himii rakkoo si mudaate Waaqayyoo furmaata siif haa kennu.😢🙏
    Ayii yaa jiruu biyyaa ormaa😭😭😭

  • @hla4290
    @hla4290 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffff seenaa baayee gaara nama nyatuu obolessaa koo omma mittiii abadii in kuutinii ammasa jaabadhuu rabbiii guddana obsaa sif haa keenuu jireenyii qooramata obsatuu fuuramata jedhama mittire kaanaf hirriyaa teetilee ittiii himmii ammansisi yoo kaan sif daadamuu taayee 😭😭😭😭
    Atii moo faayyaa guutu qabada waana taayefiii waaqayoo gaalatefadhuu kaan faaya dhabee waaggaa meeqa biyyaa nama keessatiii harkii nama ol qabee gaadiii qabuu guute kaanaf jaabadhuu hoojadhuu yoo qamatee biyyaa kee gaaltee kaan booda deebite in dhuufinii obolessaa koooooo

  • @tasniimoro3227
    @tasniimoro3227 3 ปีที่แล้ว +2

    Obboleysaa kiyyaa ani akkaa yadaa kotii biyyati debii jaalalee tetin wajin bultii jarin sinjaa meybii nasibnii keysaan walitoluu malaa jirun tunis siraa jijiiramtii jaalalee tedhabunu ammas rakoo kanaraa hamati sidii rabbin sif halafisuu wan sijaabatee hundaa

  • @ሀያትእንድሪስከወሎ
    @ሀያትእንድሪስከወሎ 3 ปีที่แล้ว +1

    Abshiri yaa tiruu koo rakkatan maale waan gaarittii hin ba'an waaqayyoo yaada kee sif haa guutuu 🙏🤲🤲

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว +1

      Sifaan maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @shggdyrfy2068
    @shggdyrfy2068 3 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuuuffffffff abshir sanyiko yaada rabbiituu gutaa wan uddaa fayyaatuu callaa gayuu akka kotti jallalekeetti uddaassaa itti hinm 😢😢😢😢

  • @nasurinasuri9705
    @nasurinasuri9705 3 ปีที่แล้ว +5

    Uufffii yaa obbooleessa koo Abshiir ammas abdi hin kutatini Jalallee kee immoo waan si mudate hundaa ittii himi amansiisii, Rabbiin immoo of duraa kee ifa siif haa godhu Obbolleessaa koo,, hayii jiru saudi

  • @unikh9837
    @unikh9837 3 ปีที่แล้ว +3

    Uuuuuuffffff yaa jiruu biyyaa ormaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @Habeba-gk5xp
    @Habeba-gk5xp 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuuff 😭😭😭Abshir obbolleesa kiya abdin kuti rabbiin nama ofii fatana jabadhu dukkana boda ifaa jira abshir bro koo

  • @gexeemuluu8952
    @gexeemuluu8952 3 ปีที่แล้ว

    Uuuffff ayisho obbolsa koo jirnyii adduyyaa tanaa wani hedduu qabidi kanfu ati yomuu abdii hin kutin garuu ati hiryyaa tetii wani jiruu itii himii wani huddaa calaa fayyaa qabachun wani guddadha kanafu ati obisaa godhadhu fuddura kee wani garii jiraa kanrati abdii hin kutin tolee

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 ปีที่แล้ว

    Galii biyya jijiradhu ykn rabbi si gargaare biyya keenyatis jijiramu dandeessa silumaa waan irra jirtu jaalalle kee dhuksuun sirra hin turre

    • @warqiimuletaa1127
      @warqiimuletaa1127 3 ปีที่แล้ว +1

      Waaqnii jireenyaa ke yaa jijjiruu galii ijaan argii mattii ke fi hiriyyootaa ke

  • @susii6836
    @susii6836 2 ปีที่แล้ว

    Seenaan ke baye'e Namaa diqisisaa obolaa ko uuuuuuuufffffff 😭😭😭😭

  • @hashimalmosawi2240
    @hashimalmosawi2240 3 ปีที่แล้ว

    dhiri akanale imaa jiraa kaa wada egu mashaa allah rabbin waan ati yade hudda sif haa lafisu obolesa koo Abshir rabumatu jiraa
    homa miti jiruun duniya fatana gudati😭

  • @samiirbintiisalaam7154
    @samiirbintiisalaam7154 3 ปีที่แล้ว +1

    Abshiir obolleessa koo jireenyi lafara kuni qoramata baayyate garuu obsuutu firamata 😭☝

  • @raydantleecom226
    @raydantleecom226 3 ปีที่แล้ว

    Kan homaa hin dhadhabnee rabbii qofaadha waqqayyoo waan atii yadee rabbii sif haa gutuu

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว +1

      Raydan maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @nadiatarhini7557
    @nadiatarhini7557 3 ปีที่แล้ว +1

    uuuuuuffffiii omaa mitii obsii wanii hunduu in darbaa garuu wanunaa fedhefuu wanii siraa ga ee jalallee kee in dhoksiin wan biratii sii chakitii eshnii💜❤💙💚

  • @hawaahuseni478
    @hawaahuseni478 3 ปีที่แล้ว

    Rabiin dadayadha jirenyaa Kee siif haa barechuu

  • @zedoshewasalale5426
    @zedoshewasalale5426 3 ปีที่แล้ว +2

    Uuuufffff Namni tokko tokko Obsa Akkamii qabaa Waaqa koo 😔. Yaa Obboleessa maaloo Galii Biyya keetitti Rakkadhu .Maatii kees ta'ee jaalallee kee Waan ture hunda itti himi yaadan Amansiisi 🙏

  • @khadijaali7352
    @khadijaali7352 3 ปีที่แล้ว

    Obasa sii barabachisa obasii rabbi sii haa bayyisuu

  • @beeliibeelii526
    @beeliibeelii526 3 ปีที่แล้ว +1

    Obsii Obboleesaa koo jiranyii addanyaa taa rakkoo hunda qabdii garuu moo jalalee ketit osoo mudanuu kee itti himatee natii tolaauuuuuuuuufffffff😭😭😭😭

  • @adanetmokonen6514
    @adanetmokonen6514 3 ปีที่แล้ว

    Jabaadhu obbolleesa koo Jireenyi aduunya kana uffata sanyii koo waaqayyoo bakka yaade si gahuu Garuu waan Hundaa kana caalu nagga fi fayyaa kee ta.u kee itti gammadi eshii obsii waan hunduma

  • @askaaladejene4747
    @askaaladejene4747 3 ปีที่แล้ว +1

    Malo obbolesa koo gaalii garraa biiyyaa keti kaan waqaayo sif latten jirata bayee garraa nama nyaata waqaayo siiyyaa gargaru jabadhu in darbba unduu

  • @ghazalaghazala4101
    @ghazalaghazala4101 3 ปีที่แล้ว

    Abshrii Oblleessaa ko Raabbiini Sihgargru Itiii himii ka Malqa hojete Argachu dandesa galliii

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 3 ปีที่แล้ว

    Gammee guddaa galatomi yaada bareeda nuuf qoode dhugaa keetii biyyii Orma yerof male kanuma Ormatii qallo biyya Offi homtu him gahuu 💖♠️💖♠️💖♠️💖Oromiyaa LOVE ♠️

  • @asyadhufa2612
    @asyadhufa2612 3 ปีที่แล้ว +1

    Abshir obbolesakoo😭😭😭jirenyi adunyaa irra qomata rabbi jirenya kee fuldura milkii garii siif hagodhu

  • @sanyiihachaluhundessa3529
    @sanyiihachaluhundessa3529 3 ปีที่แล้ว

    uuuuuuuffffff.sena kee.bayye.nama.gadisisa.Abshiri.kode.koo.rabbi.Jalale.kee.gara.sifi.halafisu.😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏

  • @berhaneicell8870
    @berhaneicell8870 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuufffff yaa jiruu biyya ormaa yoomu nama hin gutuu yaa obbolessakoo hiriyyakeeti himi waniraa jirtuu wanuma qabdanin jirachuun jalalan hin caalaa jajabina siif haa latuu hiriyyankee beektuudha kan wagga 8 tesse si egatee ammanamtuu borisii bultii bareeda akka jiratan baddin qabaa rabbi wan barbaduu maraa siif haa gutuu hin jedhaa

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว

      Berhane maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @shukurejimmaayefikirlij8630
    @shukurejimmaayefikirlij8630 3 ปีที่แล้ว

    Gammee keenyaa Nagaa nuuf jirtaa 😍 Obbooleesa koo Rakkoo kee jaalallee keeti himii maalif yoo jeette si shakkuu dandeesii Namnii Dhugaan waal jaalatuu Rakkoo waaliiti himaata yoo na jaalatee Wagga Tooko na egii jeedhi Rabbii sihaa miilkeesu inshaaAllah Amiiiiiiiiin jeedhi 🤲☝️

  • @qaareejawee6830
    @qaareejawee6830 3 ปีที่แล้ว +3

    Wel come gamachisi 🌹🌹🌹✍
    Obbolesa koo raabi siif haa laafisuu inshaallah wollahi baaye nama gadisisaa garu hiriyaa teeti himii maalif dhositaa jiruu biyaa gandaa kaa argetuu beekaa namaf gutuu yootaan woorii biyaa konkolataa bitaa fooqii ijaraa sin jedheen rakina kee siif hin bekaan raabi siif risiquuu inshaallah waan siif qoode hin dhabduu hin dhiphatin 😭😭😭😭💔☝️

  • @hindiacall4296
    @hindiacall4296 3 ปีที่แล้ว

    Abshir homaa mitti obbolessaa ko hin dhiphaatin addanyaan isiinuu xiqqoo dha rabbiin si haa gargaaru walilittii sif haa qabuu inshaa Allah

  • @jamilkainy762
    @jamilkainy762 3 ปีที่แล้ว

    uuuuufffff Abshirii Obolleessaa ko jireenyi biyyaa haba baha baahi qabdi hagaa dadeese dalagadhuu jalalee ke imo jiruu biyyaa haba keessaa dabarsite jirtuu itti himii ❤❤😭😰

  • @oromiyaabalee9118
    @oromiyaabalee9118 3 ปีที่แล้ว +3

    obbolesa koo of hin dhiphisin jirenyi adunyaa kuni eragissdha kan foqii ijarefi kan danadira jiratulee hunadinu guyya du'uuti dhufate hin demana qabenyaa bay'ee qabtanifi miti xiqooma qabadi karoran itti fayyaami

  • @awwaljajuu4863
    @awwaljajuu4863 2 ปีที่แล้ว

    Amshir hin Yaddin habibi jiruna adunyaa qormati

  • @masaretcity5093
    @masaretcity5093 3 ปีที่แล้ว

    Uuuffii Obboleessakoo Waan gara naama nyaatuudhaa waaqaayyoo obbossa sif haa keenuu

  • @FhhggDghhgf
    @FhhggDghhgf 8 หลายเดือนก่อน

    Abshir kode koo Homa mit hin darba hundinu Wan darbine jirru 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @abdioromoo5012
    @abdioromoo5012 3 ปีที่แล้ว

    Abshir Rabin yadaa ke sif haa gutuu☝️🤲

  • @furtuuoromoo6723
    @furtuuoromoo6723 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuufffff Kaa akaa kotii. Amshirii sanyii Koo 💔😭😭😭😭😭😭😭

  • @hawibekana2710
    @hawibekana2710 3 ปีที่แล้ว

    😭😢😢😢😢 dhimafi kanattii yadako kenu hindadau uuuuuuuuuuuuuuu

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 3 ปีที่แล้ว +2

    hedduu nama gadisisa Abshirii bro rabbii Wan sif qophese qaba Jabadhuu 🙏jaalale kee Amansisii ♠️💖♠️

  • @biqiltuuwarrashawaa2026
    @biqiltuuwarrashawaa2026 3 ปีที่แล้ว +2

    ufff obsi yaa sanyikoo waan rabbi jedhe malee hin ta'u. Kun fedhuma rabbiiti

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว +1

      Biqiltuu maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @AbdoAhmed-gm8hz
    @AbdoAhmed-gm8hz 7 หลายเดือนก่อน

    Sena ketifi kiya wal fakattaa dhuga rabi ngha gargaruu

  • @sifaamamiyyee3306
    @sifaamamiyyee3306 3 ปีที่แล้ว +1

    Sennaa bayee garaa namaa nyatuu garuu yaa oboleessaa koo galii tarii gafaa galtee biyyaa keessatii hojatatee siifi darbuu danda.aa hundafuu jaalalee tee haa woggaa haganaa sii egatee irraa adaa hin bayiin siin jedhaa adunyaan hin gutamtuu yomiilee

  • @ffaf126
    @ffaf126 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuffff senaa kana gara nama rasaa 😭😭😭😭😭abshir obolesaa koo jireenyi qormataa obsii furamataa obsii imaa dabartii

  • @salehamustafa950
    @salehamustafa950 3 ปีที่แล้ว +1

    Ùuufff Rabiin sihagarigaru Dhugaaa
    Bayee ulifata game galatomi korisaketif

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว +1

      Saleha maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @saraa-zy1vc
    @saraa-zy1vc 3 ปีที่แล้ว

    ufuuuu abshir saanyii koo dukaana boodaa ifatuu jiraa jalalee kee dhugaa jiruu itii himii galii biyaa keeti waanti caluu fayaadha hin dhiphatin ufuuuu jiruu biyaa saudii😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️

  • @abdinkeenyawaaqayyoodha3738
    @abdinkeenyawaaqayyoodha3738 3 ปีที่แล้ว

    Obsi yaa sanyii koo.
    Biyyi lafa qormaata qabdi.
    akka yaada kooti jaalale kee hin dhoksini icciti kee itti himi.
    Namni fayya qabu akka itti jiraatan hin dhabani gaali jireenya jaalale kee faana jiradhuu.

  • @bontuhirphao9469
    @bontuhirphao9469 2 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuufffff yajiruu biyaorma omamitii hi darbaa kodee biyaa galii fudhii matikeettni barsissii yosimiijachuu bateeree asittii debii 💘💘💘👃👃👃💘❤

  • @sifendebela5548
    @sifendebela5548 3 ปีที่แล้ว

    Anaanii kaa yaa obbolleesa tiyyaa 😭😭😭 .garaa biyyaa keetti gali tari waaqayyoon biyyaa keeti siif dabarsuuf jireenyaa biyyaa ormaa qormaata itti bayy'isee .

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว

      Sifen maattii naaf ta'ii lammii koo

    • @sifendebela5548
      @sifendebela5548 3 ปีที่แล้ว

      @@kookeettube bareedu koo maatii keetimee 🙄😍

  • @oromoformi2156
    @oromoformi2156 3 ปีที่แล้ว

    Abshir Rakkoon Ni darabba rakkinni Xaaho ilmii Namaa Ittin guddatu dha abshir malifuu Jaalalle ke Qofa amansisi Shamarran garaan Jara Laafadha

  • @sumeeitalaaarsioromofarti7772
    @sumeeitalaaarsioromofarti7772 3 ปีที่แล้ว +1

    Kannaa rabbituu ofi harkaa qabaa rabinii jirenyaa kee sifii haa foyyeesuu😢😢😢

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuùuuffffffffff abshir Laamii koo ni darbaa guyaa toko ishahalaa jabadhu isheti himi yoo si jalate si egdii waan tahef obsii raabi jiraa ishahalaa 🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️

  • @mooneetube4286
    @mooneetube4286 3 ปีที่แล้ว

    Abshir obboolleesa koo jalqabni kee si qormaatus fundurii kee yookn qormaata moo'aata.!! Jaalale tee dhugaa itti him amansisi.!! Rabbii funduraa kee si haa bareechuu maatif jaalale keetitis Rabbii koo beeksisii

  • @kokotiiaduuu5986
    @kokotiiaduuu5986 3 ปีที่แล้ว +3

    Selam fkr le wud agre lejoch yihu
    weda agri bited yeshalal
    Keli hone wendimechin merdati alebin baleni negari

  • @azazaazaaz1233
    @azazaazaaz1233 3 ปีที่แล้ว

    abishirii abishirii rabbini kanii akkasii nama bayee muudachunidada kana fuu obiisaaqabanan kanfi jalala lii keenii naegii jechuu yadakeeqodiffii

  • @hireeko8310
    @hireeko8310 3 ปีที่แล้ว +2

    Ebisii jalaalee kee dhisii wagaa 2 hojedhuu galii ugaa durumaa rakkoo sii mudatuu hundaa itii himuu qabdaa turtee rabii sii haa gargaruu qashtii anuu akumaa ketii j ko dhabee 🙊👯‍♀️👯‍♀️

  • @sabontuoromoo9313
    @sabontuoromoo9313 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuuf wantti hundu carradha Abshiri garru jajalee tetifi himi yaddani amasisi 😭🙏👍🌹

  • @biiftuoromiya5201
    @biiftuoromiya5201 3 ปีที่แล้ว

    Uuufffiii Seenaa kuni kiyyaa fanaa walii fakkata😭.waan hundafuu waaqayyoo yero qaba obsa barbaachisa.Caaran kuni biyya ormaati yoo Ta'u batee.biyyati galii jireenyaa Gaarii jirachuu ni dandeesaa.yo karaa argatee gara biyyaati galiidha.akka yaada koti.obbooleessa koo.obbooleessa keenyaa Gammachisa/Oromiya24./Guddaa Galamoomii Erga hedduu nuf qooda jirtaa.akkuma kanani itti fufii✅

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว

      Biiftuu maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @ummuusumayaummuusumayaa1701
    @ummuusumayaummuusumayaa1701 3 ปีที่แล้ว

    Rabbin furmataa kee sif haa kenuu garuu kanaa jalale ketif ibsii 💖💖💖💖💗

  • @seenaadufaa280
    @seenaadufaa280 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuuuuufffffffffiiii jireenyaa adunyaa kanaa😭😭😭😭😭😭😭ulfatadhaaa

  • @susii6836
    @susii6836 2 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuufffffff dhig ko Rabbiin obsaa siif ha kenuu Rabbin fulaa duraa kee sii milksuu

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt 6 หลายเดือนก่อน

    uuuuuuuuufffffff rabbiin sii haa lafisuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @berhaneeteru2917
    @berhaneeteru2917 3 ปีที่แล้ว

    Lubbu koo jalale keti wani jiru dhuga itti himi rabi si ya garagaru

  • @dinkechemeda4462
    @dinkechemeda4462 3 ปีที่แล้ว

    eye sanyi koo umamitti ani le akumakekaanataejiira nama waekoo naubattuule iqabu xali i dhamo xiqoshi natagazi jidhi tti ishakadhadhuu tti xiqooshi ama barakumalamafii kudha afuuriitti ojedhugali

  • @fenetarsiishashamane119
    @fenetarsiishashamane119 3 ปีที่แล้ว

    yarbbi yadafi muradaa isa gutifii🤲🤲

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyon obsaa siif haa kennu jabaadhu

  • @hayetreshad6858
    @hayetreshad6858 3 ปีที่แล้ว

    Yaa rabbii ishalaa idarba guya tokoo😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 3 ปีที่แล้ว

    Yaa jiruu biyyaa horomaa Hadhokoo waqayoo halaa wali sijalaa calee si Rakkisuu kana wali sifi ha qixesuu hamayuu

  • @Birqee-ox3yc
    @Birqee-ox3yc 6 หลายเดือนก่อน

    Biyaati galii jireenyii ni jirtaama bro koo❤

  • @echotech2287
    @echotech2287 3 ปีที่แล้ว

    Baga nagan dhufte gamme yaa obbolessa ko gara biyya ketti galii jalalle ke wagga haga kana si egate hin mufachisin bor gabbi kana calutti galu dandessa waan ta.ef caran kes tari biyya kessa ta.uf mala waqni si haa molkessu biyya keti

  • @hambisejimata8153
    @hambisejimata8153 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuufffff sennaa baay'ee garaa nama nyatuu waqqayyoo karaa hin bekkamnen sihaa gargaruu

  • @xajjeebaqqalaa3796
    @xajjeebaqqalaa3796 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuufff 😭😭😭😭😭😭sennaan kee bayy'ee garaa namaa nyaata omaa mitti obsii hin darbaa hundinuu yeroodhaf malee halla dabarsiitee fi haala kessaa jirtuu hiriyyaa kee marisiisii jabaadha qabdii hin kuttiin waqayyoon jiraa

  • @zaeyidanasir3018
    @zaeyidanasir3018 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuffff yaa jiruu biyyaa ormaa 😭😭😭😭

  • @jsifiitub2786
    @jsifiitub2786 3 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuufii homaa mitii obsinanii nii darbaa wantii hunduu obsaa qabadhuu sutumanii jalalekee amansifachuu yalii rabii obsaa sifakenuu

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว

      J maattii naaf ta'ii lammii koo

    • @alamitube1894
      @alamitube1894 3 ปีที่แล้ว

      Sanyii ko maatii naf ta,i

  • @derartujesus855
    @derartujesus855 3 ปีที่แล้ว

    Nama ta,e kan hin qoramnefi muka ta,e kan hin sochone hin jiru jabadhu Abdi hin kutatin wantii hundumtu yero qaba

  • @sifanmalaku2369
    @sifanmalaku2369 3 ปีที่แล้ว

    Uuuffe bayye nama gadisisa jirenya biya orima hadhoko jabadhu abdi hin kutin 😭🙏😍hin dariba hundayu

  • @birko3050
    @birko3050 3 ปีที่แล้ว

    Bay.ee nama gadisisa Abshir obbolesaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭Ayyii jiru biyaa ormaa 😭😭😭😭😭😭guyya tokko ni milkoftaa😭😭hundu fedhaa Rabii male hin tahu

  • @oromialalistuukoo8030
    @oromialalistuukoo8030 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuu uuuuuuuffffeee jireenya lafaa kan akkasumaadha jabbadhuu qoramuun gariidha borii atii fuduraa kee ifaatuu jiraa

  • @alialali8623
    @alialali8623 3 ปีที่แล้ว

    ayii jirenyaa biyaa orimaa galii garaa biyaa kee hadhoo koo

  • @mulumulu5085
    @mulumulu5085 3 ปีที่แล้ว

    Jirenyii waanii bayye qabdi Abshii waqayoo fayya si kenu nuuf jiradhuu Game❤️❤️❤️

  • @rahmabeevi2423
    @rahmabeevi2423 3 ปีที่แล้ว

    Rabbi si haa laffissu 😢
    Galli tarri biyyatti sif ta'aa

  • @faatiialiflow729
    @faatiialiflow729 3 ปีที่แล้ว +1

    Anii galiin siijedha karakoofii

  • @kuwtk5051
    @kuwtk5051 3 ปีที่แล้ว

    Obsi obollesaa ko homa mitti😭😭😭😭😭🤲

  • @alyas.9658
    @alyas.9658 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuufffff bayee namaa gadusisaa garuu Rabiin sii haa lafisuu obsii mee dhugaa namaa dhibaa garuu jaalalee kee dhugaa itii himii amataa takaa akaa dalagatuu eyamsufadhuu kanii darbee darbee kanii amaa achii itii yadii kanii darbef hin yadii homaa hin gotuu

    • @kookeettube
      @kookeettube 3 ปีที่แล้ว

      Alya maattii naaf ta'ii lammii koo

  • @workineshgomen6886
    @workineshgomen6886 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuu yaa jirruu biyyaa ormaa akkam akka nama mittuu abba fii rabbituu bekaa omaa miitti jabbadhuu birrif jetee jalalee kee jalatuus hin dhabiin maati kotifis ofiifis hin dabarsinee jetee yadaan ofi hin midhiin birrin boruu dhuftii fayyaadhaa nagaa ta'ii biyaa kee gali fudhii jalalee kee sii egatuu isheenis sii jalaati tanan rakkoo kee siif barti boruu hojatee nii fidaa nagaa qofaa ta'ii bakka jirtuti obolesaa seenan kee baay'ee ulfaata garuu atii obsitee har'aa gahuu ketif baay'ee baay'ee naa aja'abdee yaduun ketuu nama gahaa jabbadhuu jajabaa sanyii koo nagaan galii jireenyaa kee funduraa waqqayyoo siif yaa milkesee waan yaduu hundaa milka'ii

  • @ShelemeBarecha
    @ShelemeBarecha 4 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuuuffff😂😂😂😂😂homaa mitti obsii sanyii koo ni darbaa garuu waan hunda jaalallee keeti himii

  • @seenafidhisi8704
    @seenafidhisi8704 3 ปีที่แล้ว

    Baga naga dhuftee sena baye na gadisise dhuga dubachufi biya ormati qabatani jirachufa biya ofiti dhabanii jirachu waya abshir biya kee galii yoo rabi si gagaree 😢😢

  • @user-qo8ss8mi6w
    @user-qo8ss8mi6w 3 ปีที่แล้ว

    Rabbii Sifaan haa ta'uu uuuuuffff 😭😭😭😭😭😭

  • @kiyyaayetube9222
    @kiyyaayetube9222 3 ปีที่แล้ว

    😭😭😭uuufff rabbi si haa gargaruu bro abshir obsii

  • @bashatubashatuayana8382
    @bashatubashatuayana8382 3 ปีที่แล้ว +1

    Obboleessako galii biyyakeetii wan xiqoo hojete biyyake keessa kabajan jiraadhu

  • @جميله-ه7ي
    @جميله-ه7ي 6 หลายเดือนก่อน

    Obsiii obbollessaa koo uuufffff

  • @asantioromoo3726
    @asantioromoo3726 3 ปีที่แล้ว

    Seenaa ko natti fattee😭😭😭
    Kani matti ,firraa fi hiriyoonni kee sif hin beknee dhibee mattaa ketti abdii jirenyaa irraa nama kutachisaa😭😭😭😭😭anis sababumma birr kana jalalee ko dhisee😭😭😭😭