Bayye nama gadisisa garu akka ishiti hin debine sila si dhiste demteti lamata ofiti hin debisin gocha amma sirati rawate boris yo kan bira argate hin goti kafi lamafa hin midhamin ya obbolesa ko
welcam gamee koo an yeroo baye comenti hin ladhu gatisaa moo silki laman si dawadhaa 😒ayi yaa namaa kana mali garuu uuuff badi tokoo male nama jibun kun ici abishir obolesaa koo 💖
Bagaa nagayaan dhuftee Obbolessaa ko Hordoftotaa Oromia24 yoo isaa daawwatani geesitan Al Tokkoo karaa manaa kiyyaa goraa Maati naaf tayaa oromoo ko
Barefamanimoo malini
@@HABIBAA4245😊
intala baddu kun maqa shamarra hunda nyatti baddun kun🤧🤧Abshiir obbolessa ko Rabbin ☝️ Kan Akka garaa keti sif hakennu♥️♥️😘😘😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭 Obolesaa Koo Rabbiin obsaa sifi haa kennuu anni wanii jedhuu hin qabuu dhugaa rabbii anii hedduu rifadhee gaddee boyyee 😭😭😭😭😭
Yaa obolesa koo obsi Amshir Rabbii jira ishaalla sin tartuu hiree te'e Rabbii kandhu jabadhuu
Obolesaa koo abshir waan sif tahu sif haa kenu raabi obsii ❤🙏🙏🙏
😫😫😫😫😭😭😭😭😭obsi obboleessa ko atiyu kuno waan ishe muddate argite jirta rabbin kan namuma kee jalatu sif ni kena💞💞💞abshir
Wahii hojjii Rabbii Ati Abshiir kaan Akka gaara kee Sif hakeennu IShaaAllah ☝️
Bagaa nagaan dhuftee is
Waaqayyoo maati naaf ta'i sanyiitoo
Abshiir obbolesakoo kan rabbi sii qodee lafaa jira😭😭😭
Matan qiille ha buttu
Siifimo rabiin wan garii
Sifah kennu
Isheein durbaa dhiirraa naa miidhee jetee lubbuu ishee akka ba.uu gooti. In dhiirrasi akkasi yaa baraa maloooooo waaqayyoo nuuti aaramii mee 😢😭😭baraa safuufi itti wallamee kaa
Abshir obolleessaa koo waqayyoo sifi jira homaa miti obsii atis kani hiree ketii hin dhabduu ishidhaa ilbanyii malee kino atuu agartee ishinuu wantaa hojji ishii argatee jirtii namni namaa ganee bodee isaa innis hin argataa wani hojjii isaa
Dhugaan hin qaltii malee hin baduu homaa mitii aknuumtii obsaa qabdhuu💓💓💓💓💓💓💞
Baga.nagadha.dhufete.rabbin.kani.siif.kaee.rabbi.qaba.sabairii.godhii.obolesa.koo.
Miskina yaa rabbiko Abshirii Obblesaa koo Sanyii waan Facafatan hammatu 💓💚❤️rabbii Wan gari sif haa yaaduu 💓💓
Ayii Hedduu Nama gadisiisaa.Ta'ua obbooleessa keenyaa homa miti.Namni kanuma facafatee Hammata.isheenis hojii ishee argatee jirtii.knf.isheeti debi'uu batus kan Rabbii siif Keene hin dhabduu.isheen gabbitus bu'a hin qabdu.Seenaa kaleesa dagate borus akkasuma hojiin ishee Rabbii isheef haa dhisuu
oboleesoo atii badii hin gonee cubbuu hin qabduu amasii waqayyoo bideenaa garii sifii ha basuu kanee obsa qabuu wan hundumayyuu qaqabaa jajabadhuu 😍😍✋✋
Gaalatoomi heeduu garan nama baada taa ishii olii raabii siisiif haa keenuu
Seenaa bayee namaa gadisisuudha Abshir bro koo wani Rabii sifi kenee hin dhabduu Amsi
Dhugaani in qaalatii maalee incituu sheetuu humurii ishee guru osoo osoo jedhu jirataa maalee sifii waaqayyoo jiraa
We R maati naaf ta'i sanyiikoo
Uuuuuuuffffffffff Garaa nama gubba kodde koo dhissi atti kaan carra ketti in dhabdu 😭😭😭😭😭
😭😭😭😭😭😭kan hojishii hin aragatii ganaa attii waqayyoo jirenyaa garii sif yaa kenuu
Abshiir Obboleessa keenya
Sii Rabbiin wan Ofii jaalate sif haa hiru Jabadhuu.
Abshir obbolleessa koo hundu Kani facsee hamaa ati Kani ishe caltu argataa shamarani takka takka Kani ishe jalatu hin betuu 💔
Uuuuufffff argaa.ishii Abshirii obbollessaa koo Atii amallee gabbii.mallee kanii barabaddee argataa rabbii waan ganamaa sii razaqqee.sii milissinnii inshallah.namanii waddaa.nyatuu galgallii issaa salappinaa
Wel come gamme😍😍bagga ishe isse inis cubbu kettu ishe pabbe siif moo rabbi kaan ishen olli siif haa lattu abshir hirren kaan Rabbiti kaan Rabbi siif kae hin dhabdu💞💐😘
Welcome Gammee
Edaan dhiraaf dubartii qabuu gantuun waqaa koo😥Waqqayyoo kaan garaa keetii siif yaa latuu obsii oboleesaa koo
Taan ishee Caltuu Rabbiin siif haa keenuu
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Abshirii obolleessa ko Rabbiin tiidarii barreduu siti haa ijaruu
Yaa raabii maalii kunii waayii jirenyaa tanaa
Akkuma Gaabiif egeen booda jedhan miti ree.............
Eccciiii malii ishini kunii waaqqayyoo hojjii ishii ishifi yaa kenuu
Dhiisi ishee. Duraa maa si dhiifte deemte
Rabbiin obsaa Sifii Haa kenuu Obolesaa koo taa Sii Jaallatuu sifii Haa Kenuu sin jedhaa
Bagaa nagaan dhufte game ❤❤
Araa moo sadafan dhagefadhe kotaa like goo.aa moo😁🤔
Aanaa moo situu duraa lalee si miitti Aanaa 🤭😂😂
@@shukurejimmaayefikirlij8630 kkkk enyen🤔🤔
Homma miti obboleessa koo 😒
Waaqayyoo jiraa ❤🙏
Gatii hojii ishee hin argati gaaf tokko 😭😭😭😭
Kinoo amaa gatii hojii ishee argatee jirtii namni ishiini abdate jalalee ishii irraa gargar bateefi kino innis gatee jira qorichaa ishiti kani akka ishii kanati ijoolee shamaran maqaa balessaa
Hayyee yaa obboleessa koo waadaa kee nyaattee .gurbaan ishiin jalaatte garuu waan hojjetate harkaa nyaatee bagaa ishii ganee.yaada koo gammee tubee jalaatii sif qooden jira.
Welcome Gamee 🙋♀️❤
uuuufffii oboleessa koo waaqayyoo kan ishi caaltu bakka sifa busu 😢😢😢
Akkam jirtuu ijollee biyya koo
Dhugaa rabbi namotaa tokko tokko wan hoji isaa nii lafi Nama wadaa nama nyatuu hudii isaa bodaa isi kanuma yaa shamaran wadda kessan hin dagatin
Fatimaa maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
bay ee bay ee namaa gadisisaa' sifis Rabbii namaa qabaa Amanamumaakee itti fuffii
Waani facassani hamatuu hojuma ishetuu debbi,effi attii garaa qulqulludhani jiradhuu Amalee
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Ishe durba sani kolerksii obsadhu
omaa mitii obbolessa koo atti garaa qulquluun waan demteef omaa hin tatuu isheen kaan wadaa nyatte badee malee
Bagaa nagaan dhufte gammee kenyaa
Dhuga isati jabadhu ati nama garii rabbii siha kenuu
Hamar maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
inttalloo"Abaramtu"rabbii"sira:hafagesuu
Ani garuu ilimi nama nidogogora dhifaamaa godhifi sinjedhaa obollesaakoo
Uuuuuufffff yaa garraa jabinaa namaa tokkoo tokkoo 😭😭😭🤭
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Ati namaa bira woliin jirenyaa egalii kun sif hin ta.uu kanan bodaa
Wowoo Tookofaan lalee 😜✌️😂
Shukure maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Sanyii ko maatii naf ta,i video ko dawadhu qomo ko
Uuuuuufff dhuga baye gara nm nyata 😭😔😭😭
Maati naaf ta'ime waan ofii
Bagadhiste Atibagahitin balesin
Abshiir obbolesaa ofii bayy'ee namatii gadisisaa obsii kena
Fana maati naaf ta'i sanyiitoo
Naman namaa ganee nii ganamaa abshir obolleessa koo Rabin sif qabaa
baga.nagan.dhufte.gamee.❤❤❤👌👍
Uuuffff 😭😭😭😭 nan Gaddeee 😭
Gara jabumaan nama tokkoo tokkoo Danga darbadhaa garu waaqayyo fulduratii imimaan namaa qajelaa debii qabaa kan dhibee umaa dhibama sif waaqayyo wataan qopheese qabaa hin dhibphatin tufatamuun kee gati sif qabaa
Hawwi maati naaf ta'i waan ofii
Uuuuuuffff 😭😭😭😭waqayoo jiraa omaa mitii kanii caraa kee in dhabaduu
Great job bro.
Bagaa nagaa dhuftee gamee❤💘
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
Dhugaa shamaraan kun tokkoo tokkoo sammuun hin qabuu silaa 🙊🙊 yaa rabbii ati nu qajeelchii 🤲🤲🤲 obbooleessa koo homaa miti kan waqaayyoo sif qoode hin dhabduu 🖕 ishii nati balleesite jetee midhaan ishii hin hawwiin ni argatii hojii ishii waqaayyoo irraa 🖕🖕 namni qunadhan namaf safaree nadalaan safarataa jedhamaa 🖕🖕 wel came gamee
Isheen sif hin taatu amas atii carraa gaarii qabda fulduratii ademii obollesso ishen yaa gandaa kessaa nanoftuu 🙅
Omaa mititi kaa obblleessa ko waqayyoo obsaa siif haa keenu
Wel come Gamee kenyaa
Ana dhufu gammee ❤
Uuuuuii
Bayy'ee namaa gadisiisaa yaa namaa ammaa 😭😭😭abshir bro koo kan carraa keetii hin dhabduu
Galaatomii gammee💗💗💗
Bayye nama gadisisa garu akka ishiti hin debine sila si dhiste demteti lamata ofiti hin debisin gocha amma sirati rawate boris yo kan bira argate hin goti kafi lamafa hin midhamin ya obbolesa ko
Uuuuuuuf omaa mitii kodeekoo kankee kantae,e waaqayoon lafaa sigodhee jiraa
Baga nagaan dhufte
Obboleessakoo waqaayyoo kan carakee sin dhowaatuu abbashir
Dhugaa baay'ee nama arisiti dhugaa 😏😏😏😏😏😏😏😏😏😏😏😏😏
Maatiin gamee like naaf godhaa.
Bagaa nagaan dhuftee gammee
Well come game 💓💓 safuu maalii laata Bari keenyaa
Ati nama obisaqa qabu rabbi si jallata
Baga debiftee didee
Enna obbolleesa ko amma malii gotee itti deebbite moo ni dhiffite debii sirraa barribbane
Utuu eshee duhaa jiraa jetee itih hin debin kunii Bulitifii hin tatuu
Uuuuuuufff baay'ee gara nama nyaata😭😭
Yaarabii
Wel come gamachisi 😍😍😍😍🌹🌹🌹🌹🌹
miaskin dhugaa raabii
Rabbi kaani hiree keeti sifaa lattuu obbolesaa koo
Abshirii obbolleesa ko kan issi caaltuu argaata
Ayyiiiii immmmmmmmmiiii safuuuu yaa baraa kanaa wayyyyyiii🤦♀️🤦♀️😢😢😭😭😭
Abshir
Huu zubillaa kaanaa wlh waanii raabinii jibee
😭😭😭😭😭😭uuuuuufffff😭😭😭😭👍❤❤❤👍
Gamee bagaa nagaan dhuftee abshir obbolesaa koo😭
Seenaa maati naaf ta'i sanyiitoo
Atis naaf ta'ii
Waalhi nama gadisisa, 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bakkaa ishin jirtuyyuu hin ijatini
Uuuuuffff
Waqayoo kani akka garaa keti sifi yaa kenee obolesa keenya
Lukkaa ishii cabsudha kana balagee tuuni 🏌️
bagaa nagani dhufutee fili sirii nati fakata ana
Masii maat naaf ta'imee waan ofii
Wel come gamee tokkoffaadha ammalee
Welcome gammee keenyaa,jaalalumaa bara kana irraa ruuzii madam koo jaaladhee callisee ta'un filaadhee 😂😂😂😎😎😎
Tirunesh maati naaf ta'i sanyiikoo
@@warqiitube3386 Tolee sanyii Ofi
Ajibbaa durbbii tee😌😢
welcam gamee koo an yeroo baye comenti hin ladhu gatisaa moo silki laman si dawadhaa 😒ayi yaa namaa kana mali garuu uuuff badi tokoo male nama jibun kun ici abishir obolesaa koo 💖