Waw waaqni bara jireenya kee yaa ebbisu dhugaa rabbi silaa nama jalaa hin bahani ananis akkas naan jedhu yoon biyya jiruti ivin jaalalle koo lakki ani sin amnuu garuu moo waa hundaafu namumma keefan si jaalladhe jedha yaanni saa naaf gala mee nalaali yaa jedhuni barbaade waan hunduu yeroo saan bareeda annan suuta raasan dhadhaa gaari baha jedha oromoon
Well come Oromia24&Gamee😍😍😍 Wowwwwu Alamituu 💝💝💝💝Seennaa bayyee nama gammaachisuu fi barumsaa gudaa ofi keessa qabu dha jireenyii ken ebbifame siif hatuu 💝💝💝💝💝
Durbuummaa qabaatuu kabaajaa qabaata 😍jabeesaa qabadhaa durbuummaa keesaani shamaarani 😍😍🤦♀️
OK❤️❤️❤️
Dhugas
Aniyuu
Qabadhe
Du'aa
Malee
Namaa
Umurisaa
Gutuu
Naa wajinii jiratuu
Malee
Hin kenuu
Bagaa
Qabatee tesee
Oboletikoo
Dammmii tesseefii
Durbii tesee hin baduu
Jedha oromoonii
Naa kenii mee
@@emuyeebonsaa5264 😋😋😋😋😋
@@emuyeebonsaa5264
Yee
Malii jetee
Gafasn du'uu
Naa wajinii dutare😂😃😂😂😂😋😋😋😋😂😂😂👊👊👊👊👊
@@obsewallagga6957
Obsiye qaxaleekoo dubbinii cimtudha jabefachuu wayaa qabasaa qabenyii kenyaa d.keenyaa qofadha😂😂😂😂
@@imabettosla8920 hhhhhhh tole 😁😁😁
Durbii
Qabenyii
Ishee Durbumaa ishetii
Dhugaa rabbii
Anii akasitii bekaa
Warii akkaa koo sagalee gammee irraa jalaalii sinii qabee Like naf xuqaa mee
Atis Akkuma koo moo 😳🤣🤣
Kkkkk anis akkuma keeti takkiti koo susii naati ta'ee dhugaa haseenyi gammee kuni
🤣🤣🤦♂️
Anis akkasumaa😁
Ananis akkassi🙋🙋🙋🙋💟👈😁😁😁😁
Ani ilee jalale tokko
kufifadhen Harka
Ba'e😂✊💪💪💪Kan boda dhufus kuufe kufisen dhuma saani raabbitu beeka
Alh anu qabadhe jiraa durbummani kabajacha qabdi alh baguma qabadhe 💝💖💝💝💝💕💞😘
Uuuuufeeeeee
Akaa anaanii naa qabanesee
Yaanikee obbolotikoo
Goftaan jirukee waqqayy sifii haa qajelchuu horaa bulaa.
Ulfinaafii
Hudduu abbatuu abbaatu ofii jalaa bataa jedhaa oromoonii
Guddaan gamadee
WOIWW
Anisii guyyaa tokkoo
Dhugadhaa
Senaa
Kiyaa sinii qodaa
Obsaan naa egadha
OROMIA 24 iraatii
💪💪👈💗💗💗💗💗💥💥💝💝💝
Jabadhu rabiin sin wajiin ha tahu umurii dheradhaa fayaa tahi rabiin si wajiin ha tahu jalallaa umurii dheraa wajiin jiradhaa❤❤❤💘💘💘💌💌💌🇪🇹🇪🇹🇪🇹🤲🤲🤲
Uuuuuuf Lubbiyye too seenaa kiyyaan Wal fakkata dhugaa rabbii jabduu wayidha Jiradhuu Damaa too barcuma fi kabajaa Abbatu of kalatii qaba jedha Oromoon koo 💚❤️💚jechii nama bakketii nama hin hambisuu yerodhaf oddesu 💞💞💞bayy'ee cimtudhaa Jiradhuu 💕💕💕❤️💚❤️
Baga ngy dhufte gamee koo nufi jiradhu 😍😍😍😍😍
Rabbin jirenya kee amale ha barechu gifti koo nufi jiradhu wani bayye namati toludha
Akkam namaati tolaa moo Bagaa Waaqayyoo gooftan Sii gargaree gooshi Kutattuu Sanyii Goota Nuuf jiraadha hora bulaa rabbi isnii biraa haa jirtuu
Wowwww bagaa waqaayyoo sii gargaaree hadhoo koo
@@gadisegetachew1376 eyyeen bagumaa gargaree
Wwwwwooo bay'ee namati tola waqayoo ammaas jirenyaa kee siif haa ebbesuu horaa bulaa obboletii koo
Barumsaa gariidhaa nuuf ta'aa!!
Gammee atis galatomii nuuf jiraadhu ❤
Uuuffff senani kee murasiti kofakata hata.uu senani kee baye nu barsisa galatomi 😍😍😍❤💙
Maashalaa oboleti tiyaa raabi sif jiraa jabadhu ni dandesaa Leencaa tiyaa guda galatomi Qaali nama 💔💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏
Baga rabbiin yaada kee siif gutee oboletii koo rabbiin abba manaa kee wojiin isin haa tursisuu
Aster Sanyii Taddee Biruuu
Bagaa rabii sigargare❤💞💓💋👍
Natu dura arge like sif godhe
Gammee Kenya bayy'ee nuuf galatomi jiradhu dhugaa seenaa bareeda nama barsisuu nuuf qodaa jirtaa Jabadhuu siwalin jiraa 💞💞💞💪💪💪
Wowowow dhugaa Bay ee Namatii tolaa Waqayoon Bagaa Sii gargaree hadhokoo jabadhuu Kanumaa Calaa Jalalii dachaan dachaan Sinifaa dabalamuu 💓💓💓💓💚💚💚♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯 Akkasii kunoo anis kayookoo Hamman Galmaan gahuutii Wantaa tanee kesaa Hin Galuu Abadaan
Woww gobozii wayii kan dha dubara kayo qabadu jechun jiradhu love u 💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖
Wwooowww bagaa gamadee hadhoo koo umurii dheeraa jiradhaa bay'ee namaati tolaa dhugaa Eebbifamii sistuu yadaa bareedaa ofii kessaa qabdaa dhugaa
Wow senna baay'ee namaati tolu ammayyu gurri kee gaari haa dhagahu jabdu hintala abba gada💟💟👈🙋🙋🙋🙋✅✅✅✅✅✅😍😍😍😍😍💕💕💕💕💕💕
Wwwwwwwwaaaa mashallaa mashallaadhaa seenaa bayyee namaa gammachii 💺💺💺💺💺💺💺💺Mali jedhanii oromonii mamattee gabajjaa fi barccummaa abbattuu offi jeellattii qabaa jedhanii
Ammas jirenyii kee siif haa ebbifamu milka'ii🙏🙏🙏🙏💟
Wly aattiiiii gobaazii woyiiti 😍😍❤👈naafi jiraadhuu Ana batee wly Anilee dhiirtii mana kophaati naa dafaaruu barbanaa offiiraa sodaachisee buulee 😄😄😄🤦♀️
Bagaa darbate👊👊👊👊
Wooow Akkam nama Gammachiisa Waaqi !!!🙏😍 .Waaqayyo jireenya kee haa Eebbisu Haadhoo koo .🙏🙏🙏 .Bakka Albee itti fudhatte sanitti nan kolfee Waaq 😃🤣🤣🤣 .Ati jabduu Namaati jabaadhu
Waw waaqni bara jireenya kee yaa ebbisu dhugaa rabbi silaa nama jalaa hin bahani ananis akkas naan jedhu yoon biyya jiruti ivin jaalalle koo lakki ani sin amnuu garuu moo waa hundaafu namumma keefan si jaalladhe jedha yaanni saa naaf gala mee nalaali yaa jedhuni barbaade waan hunduu yeroo saan bareeda annan suuta raasan dhadhaa gaari baha jedha oromoon
Dhugaa bayyee natii toltaa jabadhuu❤❤❤❤❤
Wow mashalahaa seenaan kee bayyee namati tolaa heedduu nama bonsitaa heedduu nama gammachiftaa ammasi rabbii sii haa gammachisuu nuuf jiradhuu 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💖💖💖💖💖💖💖
Dhugaa baayee namaatti tolaa ulfinnii keenyaa waqaayyoo nuuf keennee isaa
Wow mashalahaa rabbii ummuri dheeraa wolin isin haa tursisuu jiradhuu amalee saboontuu oromoo 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹💔💔💔💔💔💝💝💝💝💝💝💝💝
Uuuuf dhugaa bayee das namaa jedhaa gobazii too🥰🥰🥰
Yarabii anafis kaan
Durbumaa qabduu naaf busii
Mee worii durbumaa qabdan Like tuqaa😋
😂😂😂😂
😂😂😂😂😂
@@FroFro-e1w 🤣
Wowww Bagaa si garagree hadhoo jireenyaa kee isaa hafee Sif haa ebbisuu Abbaa mana kee wajins urmii dheerraa jiraadha ❤️💙💖game koo ebbifamii ❤️
Wowowow bayee namati tola waqayoo jirenyaa kessan Eebbsuu💗💗💗💗💗💗💗💗💗❤❤💗💗💗💗💗💗gudda nuf galatomii gamachisa 👏👏💞💞💞💗💗💗
Wowowowow❤❤❤❤❤🌹🌹🌹👏👏👏👏👍👍👍👍
Galatoomii Gammee.
Seenaan kee barumsaa guddaa qabaa waqqayyoo jirenyaa kee suuf yaa ebiisuu jabduu koo😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Rabbiin caraa akkaa ketii kanaa namaa marafuu haa hiruu
Wwwwoo qaxalee koo uuuuuuufff fedhaa of uttun hin kayyoof bakka kenut calaa anis qorumsaa rakkinf dhiraa qorumsaadhiraa bayy'ee kessa darbee así gaheee😭😭 jabbadhuu Waaqayyo siinfa haa ta'uu hadhookoo
MashAllaa Taballaakallaa 👌👌👌👌👍👍👍👍👍❤❤❤❤bayyee namaati tolaa rabbiin jallaa dhumaa hinqanee sifi agodhuùu
Wwwwwww bayyee namati tulla oso gafa duraa sanii ufiraa dhoguu batee yonaa baradaratii sii gatee nama ufii kabajee namaii kabajaa jabadhuu 💌💌💌💌
Wowww narraa qabda dhugaa 😀💪
Akkamitti namatti tolaa kayyoon kee jabdu koo 😍😍
Waaaaaaawu Bayyye Namatti Tolaa
Obsee tube. Kotu. Mati. Wali. Hatanuu. Sanyii koo. Ani. Sitahee. Jiraa. 🙏
@@walifi.hayanuu8405 Galatomi Adiis koo anis siif tahee n jiraa 😊😍😍😍
Subscribe laki. Sheri. Nagodhii. Ani. Sigodhera. Lubukoo😍😍😍
Abbaa manaa kee obsa qabeessa kana waaqayyo umurii siif haa dheeressu giiftiikoo horaa walitti urgaa'aa❤🙏
Gamme sagaleen ke akka.damma natti mi'awa 😍😘
😘😘😘😘
Amayou waaqayyoo jireenyaa keesaan isinf haa ebbisuu
Ana dhufuu Oromia24❤💚❤💪
Gamme jabaa keenya wantoota ati dabarsiitu kan qalbii dhaggeefateef baay'ee eergaa cimaa fi fayidaas qaba keessatu yaadni dhuma qooyii keeti irraati laatu hedduu nama jabeessa jiraadhu qaxalee ilmaa!
Obboleetti koo waaqayyo jireenya kee isaa hafee dachaan siif haa eebbisu maatii gammaachu guutame ta'aa ammaa!
Seenaa bareeda jabaadhuu itti fufii jireenyaa gaarii
Mashaallah Tabark wan akkanaa namaa gamachiisuu rabbii wolif isiin hadhisuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞👈💐💐
Wow buultii garii hamtun isin hin Argin gidun kesan jalallaan ha calanqisuu Amalee good lives 🙏😍
Waqayoo jirenyaa kee yaa ebisuu 🙏 🙏 🙏 🙏
Wowowo namatii tolaaa baaga waqqayyoo sii milkesse hadho ko 💙💪❣️💗❣️
jiradhuu oboletii tenyaa kani akkaa ketii haa baa,yatuu 💪💪💪💪👍👍👍👍
Ammas jirenyi kee sif haa ebifamu kode 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
Wwwwwwwwooooooo lencaa sharamanii atii fi kayyoo kee galamachuu ketii baga gamadee kuni keenyaa irraa yaa baruu mee kessatuu sharaman biyyaa anbaa tesanii maqa shamaranii belsaa barumsaa sif yaa ta'uu
Akka hardha gammadee hin beeku bagaa gammadee giftii koo gammachuu kee keenyaa mal tahaa nutiis akkas taneerraa tahee cimtuu intalaa umurii keessan haa dheeressu
Tokko faa dha like ❤️❤️Oromo ko
Sifaan koo. Maloo. Mati. Natahi mee. Sanyii. Ko😍😍
Subscribe. Nagodhi
Gobazii hunduu osoo akkati gorsaa dhagahee baay'ee namati tola oboleti koo jabadhuu Waqayoo si wajjini yaa ta'u kodee tenyaa
Bagaa nagaan dhuftee Gammee ❤❤
Waaqayyoo jireenya kee haa eebbisuu
Waaqayyoo waliitti isiin haa jalattuu ❤❤
Kormee too intalaa jabduu❤❤❤
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
rabbii jireenyi kee ammasi haa barachissuu qarutee tiyyaa😍
Goobasii tiiyaa jabadhuu siirii gootee qashatii tiiyaa annilee enuufuu hini keenuu abaa maanaa koo maalee baarnotaa guudaa qaabaa muudnoo kee
Waaw persenti 50 ana faana walfakkata dhugaa eebbifami obboletti
Wowo jajjabee koo bagaa seeraan kawwatee ebbifamtuu intala
It's very good work
Durbumma kessa gailaa dura hin keninaa dhugaa ani nama dhugaa jaladhuu kaa naa fudhe kennee
Wow baayee namati tola rabbin umrii sii haa dheerisu .
Waaqayyoon si ha ebbisuu
Kan koho akka dingata na haarka laffa butte akkamin galchattu durbuma natti hima🙋🙋🙋🙋🙋🙋🙋😳😳😳😳
Bayy'ee Galatomii barumsaa guddaa qaba.galatoomii gamee koo
Bagaa keyatee atii gobasidhaa
Attii tatafatu Muca kayo qabdu wantatef baye Nagamchifte Namaani kamuu hojiimsa Argata ::
Well come Oromia24&Gamee😍😍😍
Wowwwwu Alamituu 💝💝💝💝Seennaa bayyee nama gammaachisuu fi barumsaa gudaa ofi keessa qabu dha jireenyii ken ebbifame siif hatuu 💝💝💝💝💝
Amalee waqayoo goftaaan jirenyaa ke haa ebiisuu sistu
Ebiifamii
Baga kabajamtee kabajaa ke egatee
WOWOW bayee namatii tolaa galatomii waqayoo jirenyaa kee yaa ebisuu
Wowowow baga milkoftee damma koo waaqayyoo jireenyaa kee haa eebbisuu
Baayyee,naamaatii, tolaseenaakee obboleetiikko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Obolesaa kenyaa baay'ee baay'ee Galtomii Barnota gudhaa ni Barachaa jiraa sitatii watoni Ati gadhi lakiftuu udumtuu fayidhaa gudhaa qabaa jabadhuu ti fufii
Wowo baayyee namatii tolaa jabbadhuu jabduu wayyii❤❤ ❤❤❤
Uuuffffff jajabbeeto heduu namaa gammachisaa kayyoo kee❤❤❤❤
Akaana kunoo gamee yeroo toko toko akanati kanii guraa keynaaf tolu nudhagesisii anaa yomit boynaa
Wly Nama gamachiisaa
Wow bayee namati tola dhugaa hora bula dagagaa ammayuu. namni kabajaan ta'ee yomiyuu akka warqitti barbadama
Anatu dura ilalae mee ijole laki naf godhaa dafatii
Annatuu duraa lalee jechuuf maaf jajartuu ijolee?
Asteer mindda qaba hin bektu!!?😁😁😁😁
@@obsewallagga6957 ergaa darbuu dhageefachuu dhisanii Annatuu duraa lalee Annatuu duraa lalee irrattii wal loluu 😂😂
@@asteertammiru9081 aniyu keessa jira hhhh bar ijjole qosadhafim dhisi haa qossan😁😁😁😁
Gamekoo gudaa galatoomii umurii siif haa dheeraa jabbadhu
❤❤❤🤛🤛🤛jaabaduu itallaa
Maashaallaah tabarakallaah bayee namatii tollaa 😍😍😘😘💘💘💘💘💋💋💋👈👈
Kutaatuu shammaraa jechuun ishee akka kee kana.baga milkooftee giiftii koo. Anillee qabsoof ofiiti amanamuummaa jireenyaa koo geggeessaa jira. Yeroo dhiyyootis nan milka'aa jedheen yaada. Uumaan si haa gargaruu nan jedhaa ummaata qulquluu nan.
Baayyee gaarrdhaa jiireenyaa keessnii siin yaa miillkhew
Goshii gobazii atii cimitudhaa 👍👍👍
Bakkaa bareedatii gurguratee
Bagaa nagaan dhuftee gammee Kenya ❤
Bagaa rabii sigargaree❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwooo seenaa obbolleettii teenyyaa baay'ee namattii tollaa ofii kaabbajjunnu baarbachisaa baga durubummaa kee qabattee heerumitti anis akkumaa keettii kanaa dhirraa ofii irraa dhorgaa maqaa ofi maattii ofii egunnii kabbajjadha kanaafuu anis durbummaa kiyyaa Abbaa manaa kiyyaa malee hiriyaa birratti hin keennu abdannii
Ati dhugummaa cimtudha barumsaa gaari irraa argane
Bg milkofote lammii tooo Gamee nuuf jiradhuu laamii ofii😍😍
Cimtuu dhaa jabdhu
Wowow heduu namatii tolaa jabadhuuu oboletii too😘😘😘😘😘😘
Bayye dasi waqa tokko💞💞💞💞👏💖💖
Wel comee gaammee koo sistr jireenyii keessaa yaa midhaguu ergaa nuufi qabaa ulfadhuu❤ ❤❤❤❤❤
Wwww mashala allhaa