Anilee akkanum ani rakko hin qabuu galtaa waqayyo matti Kosi halumaa garidhaa na gudusani yeroo hundaa Jalalali nama qaba yo jedhani nama marchaa yo jedhani guyyaa takka amanee hin beku dhiratti dhachuni bayyee natii olfata dhironi wa.ee Jalalaa yo natti kasin na arsaa yo sin jaldhaa jedhusi afani malee onnee ko kessati jalalali nama Tokko hin jiru me Jalalali akkamit nama qaba nama bayyee walin wali galtee qaba kabjaa nama kamifiyu nani qaba gin jalalali homa irra na qabe hin bekuu
Isa jalqabaa nama si mararee tokkon yeroo dubbattu isuma qofaan dubbadhuu dhiirota biraa hin keessummesiin Inni lammafa waan inni dubbatu baayyiftee daba isaa Arguuf irra marmaaraa hin ooliin ilmi namaa guutamee hin dhalanne Anqina isa waan Argituuf yaada sirriif isa barbaaddu itti dubbadhu yaada kee hin dhoksiin isa dhiira irra barbaddu isa sin jaalladha jedhetti himi isa Atis hittiin dubbatetti Kana booda yaadaan Utuu hin taanee dubbadhu dubachisii dubbi keessa isa dhaga'ii
Rabbi nama waye jalala beku siti haa qabu sana boda sii qaba amati ketin rabbin kadhadhu ani amma osso waye jalala hin barbadin jal qaba qosan egale amma jalali isa foqiran na basufi 😁😁😁👈🌹💞💞💞💞💞
Obleti ko Yoro ke ofi jalaa hin fixiini biya Nama ti Nama Sijaalltuti herumii manaa dhabdhuu Nama garriiti yo herumte yoro boda Garumsa Arigiite jalcha demta
Seenaankee dhugumatti baayyee nama gaddisiisa, jaalala dhugaa akka ati hin qabaanne dhiibbaa guddaa sirratti godheera. Garuu addunyaa kanarratti qofaa jireenya dhiibuun waan ulfaatuuf, namoota jaalalaaf si gaafatan keessaa keessikee nama akkamii akka fedhu, keessakee dhaggeeffadhuu faana bu'i!! Jaalalli na hin qabuu jettee yaaduu qofa osoo hin taane, onneekee jaalalaaf qopheessi. Waa'ee seenaa jaalala milkaa'aa namoota tokko tokkoo qorachuuf yaali. Sana booda animmoo maal ta'uun qaba, namni ani jaalladhuuf ana jaallatummoo maal ta'uu qaba jedhii of gaafadhu. Obboleettiiko hunda caalaa jaalalli bakka ati jirtu qofaatti naaf dhufa jettee teessee eeguurra, ofii keef jaalala barbaadi. Waaqni jaalalaa, jaalala dhugaa, jaalala milkiif nama jaalalaa siif haa kennu!!!!
💕Abdii hin kutin shakkuu dhiisii, nama tokkotti ofmurteessi. Waa'ee nama sanaa qoradhu, hiriyoota keetirraas muuxannoof mudannoo isaanii dhaggeeffadhuutii dargaggeessi natti dhiyaate kun kan akkamiiti jedhii qori, waa'ee isaas murteessi❣️❣️❣️
Best 4u koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i qomoo
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
@@kookeettube 🙏🙏👋
😭😭 Uuuuuuff yaa Hadhaa ormaa Abshiir Obolleeti koo Rabbi kaan Ofii Sif Qopeese Qaba Jaalalaa jeette hin yaadiin Homaa miitti Guyyaa Tokko Si Qaba Rabbi kaan Ofii jaalatee Sif hakeennu yaada maale ☝️
😭😭😭😭 yaa Allah inshaa Allah Rabbiin siif haa Lafiisuu Obolettii koo Rahamataa Rabbii irraa garaa hin murattiin hundiinuu harrkaa Rabbii jirraa waan Taheef inshaa Allah Rabbiin Abba Manaa garii waan hundaa sii irraffachiisuu Siif haa keenuu ❤❤❤❤✅✅jajabadhuu 💚💚💚
Uuufeee Yaa Hadhaa orimaa Atih Ichimaa Jalaalaa kan jedhuu Dubisuu qabidaa Barechitee Jalaalaa malee jirachuu wan dadamuu mitii kanafuu Samuu ketii himii onee kee dhugaa Nama sih jalatuu filadhuu
Mamiyee koottu maatii naaf ta.i qomoo
Uuuuffe wayyoo yaa haadha dhabu haadha biddeena nama laalchisa😭😭😭😭 Seenaa kee bayyee garaa nama nyaata
Jabeetti koo kan keessa dabartee gaara caalaa Ulfaata amma moo Onnee kee jaalalaf hin rifatu taanan booda rakkoo biraa keessa galta Waantoota akka sirba, jechoota jaalala dubbisi Asoosama waan jaalala ibsu faa dubbisi namoota garaan beektu gaafadhu rabbii onnee jaalala kee siif haa banuu.
Ayii yaa jiru biyya duniyaa uuuuuuffffff hadara namni hadha qabdan siriti kununfadhaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Hatii ofi kafanaa ofiti dhugaa jete oboleti tiyaa😢😢😢
Hayyee yaa obboleetti keenyaa jalaalii kuni ofiifuu dhufee akkaa elektirikitii sii qabee sii marachuu deemaatii gaaffumaa dhufee keessumsiistaa hin cinqaamiin hangasitti obsii hojii kee xumurii nagayaan garaa biyyaa keetii gaalii.
😭😭😭😭gammee mee wolii nuu qunamaasiisii Mucayyoo nannaawaa kootii yeroo hedduu ni soqaa
Uuuuuuuffffffff oboleti tiya ati wahee sena Jalalaa fi hiriyaa ijolee dhiras shamaranis haa tahu wolin tapadhuu abshir anis akuma keeti turee jalali maal aka tahe naaf hin galuu turee gaaruu amaa hundumtu naaf galee jiraa 😭💘
😭😭😭😭Obbooleetti koo barreeffama wa'ee jaalalaa barreeffamu fi kitaaba wa'ee jaalalaarratti barreeffame dubbisii ,namoota jaalalan milka'aan itti dhiyaadhuu haasofsiisi . Kan darbee darbeera dhisii fulduraa keef yaadii👈 kun gorsaa
Yeroo tokko tokkoo moo sirbaa jaalala dhaggeeffadhu😌🦻
Kan jaalala beeku sii faa baasu innuu sii barsisaa sii qabsisa🤜❤❤🤛😅
Gammee jaalalii shammaran gurraani seena eeda onneen seena male🙄😋😂
Kan Namaafi hin danda.ammeefi waaqayyoofi salphadha obboleti keenyaa Gaa.lee keefi hin yaadoo hin qabanti waaqayyoo bakkeedha Ebbifamii
Uuuuufff yaa hadhaa ormaa homa miti rabbin si gargare asin si gahe jabadhu onnee kee akka sif banamu Sirbaa jaalala fi diraama gargara lali rabbin si haa gargaru
Kan namaf hin danda'amnee Waqayyoof nii danda'amaa Waqayyoo koo Waqayyoo kee waqa jalallaa waan ta'eef laphee jallaallaa siif haa banuu
Ebise koottu maatii waliif haataanu naaf ta.i qomoo
Ebisee maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
Haati ormaa gaariin
Haadha namaan taatu
Haadha ofii hamtuu
Wanti gahaa hin jirtu
Jaalalli kun kanuma anaa wa,ee jaalala hin beekne na boochisaa tureem
Ajaiba an osoon jaalallee hin qabneen qabamee ture
Mee dhagefadhe yadaa iratii kenaka
Tolee
Waaqqayyoo gaafii jedhee hunduu hin taa siin jedhaa obboleetii koo obseen egiii waaqqaayyoo hunduyu beekeetuu hojiitaa.....
Umamiti kadhana godhi jabesi oboletiko rabi sifana hata'u jabadhu
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
rokiya maati naaf ta'i sanyiikoo
Welcome Gammee 💓uuuuuuf yaa Harmee koo 😭😭😭Abshirii hadhoo koo Anis seenaa kana fakkatu qaba 😭😭😭💗💗💚💓💓yaa Carra biyyaa lafa kana 💗
Hundaa maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Dursaa samuukee Amansiisuu qabdaa
namni nama malees jirachuun hedduu ulfaataa jirenyikee dhira malee duwwaadha Habibti Birri qofti utubaa kenyaakee ta'u hindanda’u Ilmoo Argachu qabdaa maatii Horachu qabdaa kanafuu Onneekee Jaalalaf baana gochu qabdaa
Uuuuffffff senaa bayy'ee garaa nama nyatuudha waaqayyoo waani siiti ulfatee hundumaa siif haa lafisuu obboleetii too😥🙏
Uuuuuuff😭😭😭😭😭😭😭😭senaan kee bay'ee namaa gadisisa
Araa sii dursee ijolee madama akami jirtuu😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Gobazzii 😃😃
Maatii naaf ta'i mee sanyii koo 😍🙏
Nuu dursitee 😘😘😘😚😃😃
@@sinboot9110 kotu maatii walif taana sanyii ❤️😍🙏
@@bonttuushawaa1824 eshii tolee😚😚😚😍😍😍
Uuuuuuuuufffff haa hadhaa oromaa 😢 jajjabinaa sif haa kenuu waqqayyoo
Yaa obbolletti koo anilee Akkumaa kee kana dhaggaa turee garuu bodaa akka itti naa qabee hin baree
Ati Gaafa jaalaalii sii qabee akka ta'u hin bektu kan Nama oftii dhiiyyeesuu yaalii
Ames dhufuu gamee ani akkaa yaddaa koo osoo namaa tokkoo yeroo dherraa wojjiinii hasawwaa dherraa gottee illattee isaa birraa namaa keessaa issaa bettuu wojjiinii kani biraa namaa yeroo dherraa sinii wojjinii dubbattuu malumaa isaa baruffii yali kani biraa namaa jalattee qofaa osoo hin jalallaattee jalachuu dadaa
Ani gamaa kiyyanii guyyaa guyyanii sifi dhageeffadhamee❤❤❤❤❤ani ilamaa kiyyattii seenaa dhageeffachu nattii tolaa
Abshiir Siilahuu duniiyaan qarrmataa garuu Obsiituu Fuurumataa 🌹🌹🌹🌹💋💋
Game yada ijole mafi debisitufi
Waan hundafu kadhaanaa tasisii afuraa hamaa ta'uus danda'aa dhugumaa anis rakkoo akkana waan qabuuf jedhee
Gaalii tsabala deemii
Kkkk sirumaa jalalumaan iyuu sii qabuu didee
Hundafuu war wal dhungataan fahaa lalii kk
@@rahamabaalee1901 kkkk eeyyeen akka waan naa qabu fakkasee guyyaa 5 booda naa dhisaa 😃
@@derartuabera6496 dubartiin abbaa warraa biraa yoo getee calattii fedhii godhattii kanaaf tokkoo lalii herumii
I
Uuuuuuuufffffffff obboleetti koo seenaan kee baayee nama gaddisiisa anis akkuma kee kana onneen koo duudaa natti fakkaata ykn immo seenaa dhiirota gadhe hedduun dhagha kanumaan onneen koo dhiirotaaf jibba malee jaalala hin qabdu
Haatii Ormaa haadhaa namaa hin tayin jedhee oromoon Uuuuuuuuf Yaa garaa jabeennaa ilmaa namaa
Ya hadha orimma uuuuuuffff 😭😭😭😭😭🥺
Ahllen bagaa dhuftee
Zubeyda maati naaf ta'i sanyiitoo
Misikini gaaraa namaa nyataa lubuu haadhakee raabii haarmatuu
Anilee akkanum ani rakko hin qabuu galtaa waqayyo matti Kosi halumaa garidhaa na gudusani yeroo hundaa Jalalali nama qaba yo jedhani nama marchaa yo jedhani guyyaa takka amanee hin beku dhiratti dhachuni bayyee natii olfata dhironi wa.ee Jalalaa yo natti kasin na arsaa yo sin jaldhaa jedhusi afani malee onnee ko kessati jalalali nama Tokko hin jiru me Jalalali akkamit nama qaba nama bayyee walin wali galtee qaba kabjaa nama kamifiyu nani qaba gin jalalali homa irra na qabe hin bekuu
Isa jalqabaa nama si mararee tokkon yeroo dubbattu isuma qofaan dubbadhuu dhiirota biraa hin keessummesiin
Inni lammafa waan inni dubbatu baayyiftee daba isaa Arguuf irra marmaaraa hin ooliin ilmi namaa guutamee hin dhalanne
Anqina isa waan Argituuf yaada sirriif isa barbaaddu itti dubbadhu yaada kee hin dhoksiin isa dhiira irra barbaddu isa sin jaalladha jedhetti himi isa Atis hittiin dubbatetti
Kana booda yaadaan Utuu hin taanee dubbadhu dubachisii dubbi keessa isa dhaga'ii
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Jalaali amma lubuuti arsaa guddas qaba garu osoo itti hin dhiyaatini osoo hin kafalini akkamini siimiidhu beekte jalaal8 maati fi jalaali jaalale tokko mitti erga miidhamte booda miidha isaa barate ergaa gammade booda fayyida isaa barate ati osoo hin yaalini soodaa guttamte jirta kuni gufuu jireenyati soddani Abju sodda hiribaa hin dhabbani jedha oroomo osoo rawwatini soddachura rawwAtani gaabbu wayya. Jalaala Waa Addati gammachufi furtu jireenyati njalaadhu diree jalaala ilaali dawwadhu
Rabbi nama waye jalala beku siti haa qabu sana boda sii qaba amati ketin rabbin kadhadhu ani amma osso waye jalala hin barbadin jal qaba qosan egale amma jalali isa foqiran na basufi 😁😁😁👈🌹💞💞💞💞💞
Anaa moo naa didda jira 😂😂😂
@@derartuabera6496 jalalatu sii qabu dide?😁😁😁
@@obsewallagga6957 Eeyyen mee 🙄
@@derartuabera6496 dhugaa jedhime lubbu ko💞❤
@@obsewallagga6957 dhugumaa mee maalif akka ta'ee hin beeku 🤦♀️
Ana dhufuu ijolee oromo
Homaa mit eshi nama tokkoti siki hin sodatin anillee jalaale hin qabu Ani ammoo juruu barbaadu eshi kanafi Ani jira
Well. Come game. Obboleetiikooassosama jalala dhageeffadhuu kitaaboolee garagara xaalaayyaa dubbissii Waqaayyoon kadhaadhuu Afuraa hamadhaa waaqaayyoo onnee baanammuu Sif haa keenuu
Baagaa naagan dhuftee gaamme kenya 👏💚❤❤
Kuw maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Wel come gamachisi keenaa 🌹🌹🌹🌹🌹😍😍😍😍😍😍 ufuuu hadhaa ormaa hicii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Ijoollee Madaami keessaan Biraa hojjiin hin jiruu moo yeroo hundaa Na duraa laaltuu 😁😁😁
😆😆
Hojii hin qaban uuuuuuufffffff anis na durisaan🙄🙄🤔🤔🤔😂😂😂
Seenaan kee baayee nama gaddisiisa homa mitt darbee waaanti hin darbine hin jiruu Anii kanan sii gorsuu barbaduu biyyaa kee galiittii jalaadhuu kan siit Haa tahuu laalitt biyyaa ormaa jalalii dhugaa hin jiruu miidha malee hundumaa biyya galii murtessii caaraa gaarii
Uuufee Yaa hadhaa dhabuu karraa hundaa Namati qawaa wayoo waraa qabanifi Rabii lubuu haramee kessani sifi ha dheresuu waraa Akka koo hin qabanefi moo obbosaa Nufi ha kenu
Uuuuuuffffffff rabii sii haa lafisuu lubbuu koo mee illalladhuu. Tokkoo filadhuu yoo jelaqabaddee.irraa hin debbiyinii. Hanganaa. Dhumaa.issaa argitutii
Basha koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
Intalaa biyyaa kotii kotuu mee wal baraa
Wali haa baruu mucaa biyaa koo
Tolee kodee
sababa nuuyi baay'ee offi jalaanuf jaalalli nama namatti hin dhagaa'amu kanaaf ilmii nama adduuyyaa kana irraa guddaan akkaas isaa hin jiru. kanaaf, erga namaaf iddoo kennine booda ni jaalan. kan kaleessa yaadu dhisnee isaa nuu haafe jireenya bareda ilaalidha
Seenaa kee baay'ee namaa gadisisaa wayyoo yaa haadha ofii 😭😭😭😭
Anaa dhufu Gemme 🌹🌹🌹
Bayeee namaa Gadisisaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Mesii koottu maatii naaf ta.i qomoo
Bagaa nagaa dhuftee gammee 🙏
Sara koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i qomoo
baga.nagan.dhufte.gamee.keenya.💖❤💖❤💖❤
Yaa hadhaaa ofii ayii😭😭😢😢😢😢
Sifanii koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
Seenaa baa,yyee nama gaddiisaa obboleettii koo😭
Wwwwoowwww bagaa nagaa dhuftee gamee❤
Dhugaa Kee Jetee Jajabadhuu Qaxalee Keenyaa Yadaa Gariidhaa Waqayyoo Sii Haa Milkesuu
Nuu jiraadhu koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
Lakki ani jaalelle koo waan jaalladhef sababa hin beeku naafu ifaa miti namni waggaa sadi na gaafate osoo jiruu jaalallen koo amma gaafuma sadiyu nan gaafanne har'a waggaa 10 ol lakkofsifne jirra yeroo gababatis gaa'ila godhachuuf gargaarsa rabbitin harkii kee nagaa qabaayi kanan akkas dafee tole sif jedhen jedhaani / obboleeti koo sirba jaalalaa dhagefadhu nama keessa onnen kee fedhe yaadachaa tarii jedheeni malee seena akkasille hin qabuu seena koo miidhagaa jaalalle koo faana dabarsinee isinifan qoodan turee garuu akka.itti gammef barresun Wallale dirqama telegrama qabaachun qaba miti ?
Uae maati naaf ta'i sanyiikoo
Gammee ana dhufuu jabadhuu 😍
Uuuuuuuufffii abshiir rabbiin is haa lafisu jalalii kun nalee hin qabu
Dubii ajaa.iibatiu
Misra maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
Uuuuuf baayee garaa nama jataa 😭😭😭😭😭
Welcome Gammee 💗💗
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Hana koottu maatii naaf ta.i sabbontuu
Haniyee maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Hanniye maati naaf ta'i sanyiitio
Uuuuuffff anii akasumaa dhaa wly amshiiri sanyiikoo 😭😭😭😭😭😭☝️
Ganniyee maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Wawoo baga nagan dhuftee dhisii hin jalatin hangaa biyii galtutii jalalii qilesaa fayidaa hin qabuu akka yadaa ko ti dha
Abbonesh maattii naaf ta'ii mee sanyii koo
Matii sifii teraa
Atii dhirotaa bayyii woliin hin hasayini dhiraa tokkoo qofaa woliin hasayyii yeroo Boqonnaan keetii hundaa isaa woliin dabasii tarii hasayaa dheraa kessaa susii sitii tshu malaa
Gafii jalaala yadumaa kiyyaa gaftee
Makiyaa koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
Uufiiiyaaa hadhaaa ormaa😭😭😭😭😭😭
Jalatti kenna Rabbitti Waaqayyoo si haa gargaru haadhoo koo
Ijjoollee madaamii akkam mee qorii kuni😒🤗
Qorti nu maraache me ush jedhi🙆♀️🙆♀️🤣
Woo.yaa.qoraa.biyyaa.ormaa
❤❤❤
@@leellisesanyiihaacaluuhund215 abshir obsi😂
@@fakihanaser8399 jabadhuu ni darbaa
Bagaa nagaan dhufte gammee koo
Maatii naaf ta'i mee sanyii koo 😍🙏
Wel come gamee ❤😍
Baga nagaan dhufte gammee
jalalaa malee jirenyi hin baaredu
Jalalaa fashinii isaa iraa darberaa kallii wallii😉😉🤔
uuuuuuuuuufi wogga 11 biyya nama mo rabi sii ha lafissu mallo herumi dullote😢😢😢
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
Baga nagaan dhuftee gammee
Dariyye maati naaf ta'i sanyii koo 😍🙏
Uuuuufffff ya hadha orma
Uuuuuufffff yaaaa Hadhaaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Alahuu akbar koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
Maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
Alahuu maati naaf ta'i sanyiikoo
Bagaa nagayaan dhuftee Obbolessaa ko Hordoftotaa Oromia24 yoo isaa daawwatani geesitan Al Tokkoo karaa manaa kiyyaa goraa Maati naaf tayaa oromoo ko
😭😭😭😭Yaa hadha dhabu
Ayii hadhaa oromaa😢😢😢😢
Bagaa Nagayan dhuftee Gamee ❤
Mob mob koottu maatii waliif haataanu matii naaf ta.i
@@Ummurudwaan oke
Akkumaa kiyyaa y aa.sis to 🤔sagalee nuufi ta.ee ijoo jaalali na qabuu dudee wly 😥
@@Yonitube6 Ani osso waani fetee ta.ee nama dhugaachuu jaaladhu 😄🤦♀️
uuuuufff wagaa kudhaa tokoo jechuu moo auzubilahi galii garaa maatii keeti bultii ijaardhuu
Gamme Kenya qalii jirtta 😘😘😍
Uuuuuu seenaa kee baay'ee nama gaadisisaa haattii ormaa namaa naattuu Rabbiinni haadha keenyyaa umirii nuu haa dheerreessuu ishaallah
Midkiin abshir yaa ruhii namni hundaa mitii namatii siqachuu qabdaa kesa kee amansisuu qabdaa Namnii namaf worichaa achumaa jedhan nama malee hin jiratamuu
Rozaa koottu maatii naaf ta.i bareeddu
Rozaa maattii naaf ta'ii mee sanyii koo mee
Obleti ko Yoro ke ofi jalaa hin fixiini biya Nama ti Nama Sijaalltuti herumii manaa dhabdhuu Nama garriiti yo herumte yoro boda Garumsa Arigiite jalcha demta
Ana dhufuu games keinyaa ❤💚❤
yaa hadhaa ormaa Nama ijii kee sii ilalate toko waliin hasa.ii siiqaba dargagota baye waliin yoo hasoftee sii qabuu
Uff hadha ormaa 😭😭
Sena baye na bochisuu 😭😭
Hame too koottu maatii naaf ta.i qomoo
Hamee maati naaf ta'i sanyiikoo
abshir abshir oboletii kiya💔💔💔💔💔💔💔
Uuuuuuuffffeee hadha ormaa
Garuu edoo jalala kanaa serefadhuu nama sifii ta'uu lalii
Shawaye koottu maatii naaf ta.i bareedduu
Well come Gammee
Namaa Bayee hin hasofisin tokoo kesaa filadhuu isumaa waliin hasayii sana bodaa hin jaalaataa namaa. Bayee walin wani hasofitufii jaalatuu dadetuu
@@urjiiabdii6779 kotu maatii walif taana sanyii 🙏😍
Likii kee ergii
@@bonttuushawaa1824 sifii tahee jiraa bareduu koo
@@urjiiabdii6779 naaf galatomii 😍😍💔💔💐💐
WELCOME gamme ana dura xuqee Link naa godhaa
Maatii naaf ta'i mee sanyii koo 😍🙏
Hogeeti koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
🥰🥰🥰
😭😭😭😭😢😢😢😢😢
, 💔💔💔💔💔💔💔💔, ffffff, Rabe, bidanka, siefmirasuu
Embet maati naaf ta'i sanyii koo
Yeroo dheraa janajanii
Hhh otoo hin jalatiin janjjantimo
Sennaa kotii 100% wall fakkataa waaqa abshiir kan wanti Hinduism yerosaa eggatee dhufaa