Baga waaqayyo si garagaree hamalee si hagargaruu jabadhu hadhoko hati mana kena waaqatii waqayyo siri halatu mati oto in tanee hatisi waaqayyo kadhu ti barbadadhu sifi halatu 😍💙❤
Koottu anuu sittan heeruma wly🤣🤣 obbolessakoo kan rabbin jedhe hin hafu abshir garuu mal taha osoo dhiirri hunduu akka kee kana amala gaarii qabaatee takkuma jaalate walin ture❤ anii gorsi ko kan sif ladhu an garuu ofuma keetii barbaddadhun jedha malif yo jette jireenya keeetif nama sif tahu ofuma oso filatte gaaridha jedha malee kan maatin biyya sif barbade miti waqayyo nama akka garaa keeti sif ha kennu❤❤🙏🙏
Waaqayyoon si ha ebbisuu nami akka kee essaa hin argamuu yani ani si qabu osoo ati nama garaan kee jaalate filatee si wayaa jiradhu kan rabbin si qodee ketuuma abishi
Anaa dhufuu oromia24❤❤🙏
Waaqayyo jireenya kee siif haa eebbisu ammaas waan yaadeef milka'i.
Ishees jireenya ishee sirreessuf waaqayyon kadhadhuuf dhiifamas godhiif si jedha.
Isheedhuma Ararfadhuu siraa adabahun akka ishef hintolee wan argitef jirenyashee funduraf sif hamanantis
Waqayoo baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu isaa ofii midhamteraa dabaarte isaa atii ishee gargaartuutu naa ajaayibee!!!
Yaa onolesa koo garaa qululluun dhiifama godhifii akka hireen ishii toltuuf. Atiis afaan ofiitiin dhugani dheebuu bahani jedha oromoon yoo mamakuu. Ijaa keetiin laladhuu tan siif taatu situu beeka malee maatiin hin beku. Gammee galatomi qophiin kee suusii natti ta'ee
Ati immo biyyaa guddatte kessa tesse warran naaf barbadaa jetta mucaa gowwaa wayii😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🙏🙏🙏🙏❤️
@@Yonitube6 subrsibe sif godhe
ufuu yaa waqayoo kan sobuu qofa guute abshir saanyi koo garuu kan ofii jalatee siif fudhuu siif wayaa🥰🥰🙏🙏🙏
Ana dhufuu oromia 24 Galatomi guddaa gamee
Obboleessaakoo senaan kee bayee garaa namaa nyataa wan hudumaa keessaa sii dabarsee isaa sii jijiree namumaakeetti sii debisee haa ulfatuu jedhaa yaddakee hundumaa iraati kanaan jedhuu keessaa tokko gayilakeeraatti osoo matinkee sii barbaduu dhisaani atti ofikeetti barbadatee bayee baredadhaa siin jedhaa hin sodatiin akkumaa dhirii hundii tokko tanee Dubartiin hundis tokkoo mittii Waqayyoo kan siif kenee yoomiyuu siin tokkodhaa waan ta'eef dursii intalaa duraanif cubbusheetif dhifamaa godhifiti. jirenyaa kee itti fufii jiradhuu siinaan jedhaa anii galatomii
Wwwwooo baayy.ee namaa ganachisaa bagaa sii gargaree jabadhu ammaallee hundaayyuu saamuu kee hojachiisii jabadhuu ❤❤❤❤
Abshiir muca biyya ko ❤kani sifii kaee in dhabduu waqayoo sifi kenaa🤲❤
dhifmaa dukaa garuu namaa jallaatuu biraa hindaabii malee isheemaa duraatti debii mucaa rakòhinqabuutti jaallaalii ishee qadayyotateee 👍👍👍👍👍
Kaa maatiin siif fiilatee caalii obssii ofumaa keeetiin jaladhuu abdii hin kutatiin jallaala bua bahi hedduu kesssa darbaan waan taateef isheetu sii dhabee malee atti ishii hin dhabnee jajaabadhu ufuma keetii jaladhuu fuudhii ❤❤❤
Yeroo maraa kan waqayyoo jalatee qofatuu ta’aa waqayyoo kan garaa kee argee dubartii waqayyoon sodatu fi safuu bektuu sif haa kunee dubartii gariin waaqayyoo biraa namaaf latamitti
Dubartooni ogeeyyin manaa sanii ni ijaruu warii gowwooni garuu arkaa sanittiin manaa ofi sanii nii diguu jedhaa sagaleen waqayyoo hiriyyaan kees gowwa tateetu siraa adda batee caaran shee joruu ta’ee ta’aa wantaa kanaa keessattii garuu fedhii umatuu rawatee kanaf jiruu kee itti fufii garuu akkamii dubartii warii kee siif filataan jaalatee waaliin jirachuuf murteesitee kanaa anii hin bekuu dubrtii ga’eelaf yaduu ofi keettii filadhuu, fudhuu keen duraa jaaladhuu kunii yadaa koottii
Dhugaa jetee dammaa tiyyaa
Bagaa nagani dhufte sanyii yaa obbolsa koo ati omaa hin balesin garuu ati wani kamuu midhatu abdii hin kutin susii kesaa hin senini ofii mitaa malee namaa mitii sirmaa namaa sani oli tatee nulchufi yaddii malee wantota biraa kesaa senufi hin yaddii sanyii koo wani huddaa waqayyaa si haa gargaru
Namani kamiyyu waan dogogorufi ossoo dhifamma goatefi nattii tollaa attii gaaruu nama garadhaa amalee rabbiin jiranyaa sifi haa barrecgiissu akkassuma daballataan namaa nafi tataa jetuu ufi keettii murateessi jaladhuu malee kani mataan namafi barabadan bayee rakkisadhaa
Namani kamiyyu waan dogogorufi ossoo dhifama goatefi nattii tollaa attii garuu nama garadhaa ammalee rabbiin
Anatu dursaa laale maatiiwan gamme like naaf godha
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
Masha Allah baga rabbin sigagar
Rabbii ammalee jiruu kee sif yaa milikeessuu
Egga seena kee bayye namati tolaa garuu mucayoo dura sin yoo abba mana qaba jalala ijoluumati mafi in deffanee kara mati moo gai'laa garii garuu mee ilail boda rakoo fiduu danda jirenya kessati bifa ta.ee amal waqayoo milkesu hundumafu
Burtukaan tashoome koottu maatii waliif haataanu naaf ta.i habiibtii
Ebifami Ebifami Ebifami❤❤❤ jirenya kee yaa ebisuu
Anaa dhufuu oromiyaa 24 💗💗💗💗💗
👌🏿👌🏿👌🏿👌🏿👌🏿wan garriidha qalii yaani kee nafi ta'ee
Gamachiis tashomee gallatomii Lammmiii koo bayee namatii toollaa 👍👍👍💯
Obolesaa kiyaa jabadhuu rabii gudaadha rabii sii hagergaaruu dhiiro ❤❤
Yaadaa gaariidha gaaruu oso ati nama sifi tahu filate gaarii nati fakata tari kan maatii sii filani wali galu dhisu dadesu taha
Dhagadha anni ilee yadaa gameen jedheen degeraa atti nama kayoo qabuu tanani kanumaa atti jaalatetuu sifi ta'aa mali kan warikee jaalatiee.......
Seenaa Kee namanii biraa Akka irraa hubatuuf baratuuf qoduu Kee galatoomii my brother kaan kufee Akka kufeetii hin hafuu guyyatuu jiraa kaan nama kasee seenaa nama jijiruu hadhaa Mana qabachuuf moo tokkoffaa waqaayoo kadhadhuu sababiinsa Keena garii kaan namaf keenuu waqadhaa boruu kaan itti gamadee jiratuu lamaffa ija Kee banii keessii Kee kaan itti waali galee simadhuu ebbifamii milkayii
Uuufffff namaa jechuun kaanakkanaa kaanaa kunoo dhumaa kee nagaa dhumaatii sifii yaabareechuu
Kaanmilayee siifa tadhu maqaayesusin❤❤❤
Baga waaqayyo si garagaree hamalee si hagargaruu jabadhu hadhoko hati mana kena waaqatii waqayyo siri halatu mati oto in tanee hatisi waaqayyo kadhu ti barbadadhu sifi halatu 😍💙❤
Anii Haa Dhufuu Oromiiyaa 24Gudaa Galaatoomii Gammiiyyee Baga Nagaayh Dhuftee Jabadhuu 🤩💖💖💖💖💖💔💔💔💕💕💕💕💕💕💖💖💖💖💖❤💔💔👍❤💖💖💖👍💖
Biyaa yoo galtee atii wanii dasboraa tatefii shamaranii jallalaee ofii hiyyeesaa gatee sitti herumtii atii achumaa tahii biyummaa sanii keessaa laladhuu taa onnee tee fetee fudhii dargagonii oromiyaa kunii siyyasaani biyaa issatifii yaddo cabbe kunii sababaa mottuummaa abbaa hireetifii gadii bayee dalgachuu hin dadahuu atii wanii malaqaa qabdufii shamaranii jallalaee gatee sitti herrumuu maltin atti shamaranii jallalaee qabduu irraa fagadhuu hiyyeesaa hin bochissnii dasbborichaa koo😢💚♥️💚♥️
Kodee koo seenaan kee baayee namati dhagama garuu moo Ati namaa dhugaa tahuu keti fi har,alee eshii jajabeesuu kee baayee namaa gammachisaa Ani akka yaadaa kooti kan maatin kee fi barbadee osoo hin tanee ofumaa osoo jaalatee naaf jireenyaa koof naaf tatii kan jette osoo futtee baayee nati tolaa kan maatii kun hin ulfataa kodee koo waqqayyoon namaa gaarii namaa akkaa Ati barbaduuu ykn yaaduu sif yaa keenuu jireenyaa kee sif yaa Ebbisuu
Obboleesa koo offii kee kan ija keeti toltee fudhuuf yaali karaa maatti jetu kuni yeroo amma kanaa fudhatama ni qabaree hundafuu waqayoon siyaa gargaruu jabadhuu qomoko
You have big heart brother 💗👍
☝️☝️☝️☝️❤❤❤
Jabadhu
Kuni garu dhugaa hin fakkatuu yoo seenaa ta,e malee.sababin isaa dhirrii akkaan hamanamaa ta,e dachee kanaraa waan jiruu hin fakkatuu.
Woow oboolesako ati nama garidhaa waqayoo kani ati yadee sif haa milkesuu ❤❤
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
Well camee gamee
Isaay baga milkoofte sabboonaa koo ati qulqulluudha jalqabuma. Ammas waqayyoon akka garaa keeti siif yaa Kennu.
Rabbi. Sifanaa. Haa. Ta'uu. Fayyaa. Sif. Haa kennuu
hi jalaali bar rabbiraya wata.ef guyya tokko akka rabbii jalalee gari si qunamu abdi qaba
Obolesa Kenya Abba sena gari rabbin amale si ha milkesu jabadhu garu maatin jarti naf barbada jechun kee qosaa fakkata!
Ayiii bayee nama gadisisaa uuuufff abshiir kaan rabii sif ka e hin dhabduu
Seenaa gaara nama nyaatu .Amma wanti darbu darbera .ishees raabii hiiree ishii haa tolchuuf.💓💓🌹atis raabii si haa milkeesu. Gaaruu akka yaada kooti osoo ufumaa barbaadate. Maalif yoo jete wanti ofii wajjiin haasanfi kan namni bakkaa nama bu.u garagara . Amalas ta.ee bareedinas ta.ee .wanti gaara si hanqaatuu hin dhabaamu. Akka ijaa kooti maaltuu na kajeela jete sareen .jedhaa oroman yoo mamaaku. yoon dogongoree dhiifaama.🙋💓💓💓💚💚💚💚💚🤝👍👍👍👍💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
Wow tokkofani ana hardhaa
Isheemaa arafadhuu wolitii debi.aa oboleessaa koo
Waw waqayyon siif garii sif haa godhu garu oso ofii ketiif jallatte sif wayya akka yadaa kotti
Suha gorfa koottu maatii naaf ta.i lubbuu
Senaan kee bayee namatii tolaa garuu isaattii matiidhaan naaf barbadaa jetetuu xiqoo naa garamee hadhaa manafi bakkaa itttii maal ta'aan abbatuu barbadataa🙄 kanafuu ooffuummaakeef barbadii siin jedhaa aakkaa yadaa kotiti biyaa qaromtee keessaa teessee wantii akkassii sin rakissuu yaa oboleessaa tiyaa caraa garii😍
Waaqayyo nama sirri siifa arguu
Wooow waqaayoo bagaa sii garagaree🥰🥰🥰📖
Kan rabbii sif kenee hin dhabduu sanyii koo
24 mee ananii walii barisisiin addaraa lakofisaa issaa naa ergii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@@Yonitube6 Ee naa mudettee bekaa kasaa bawuu didee 😭😭😭😭 jedhee 😁😁😁😁
Koottu anuu sittan heeruma wly🤣🤣 obbolessakoo kan rabbin jedhe hin hafu abshir garuu mal taha osoo dhiirri hunduu akka kee kana amala gaarii qabaatee takkuma jaalate walin ture❤ anii gorsi ko kan sif ladhu an garuu ofuma keetii barbaddadhun jedha malif yo jette jireenya keeetif nama sif tahu ofuma oso filatte gaaridha jedha malee kan maatin biyya sif barbade miti waqayyo nama akka garaa keeti sif ha kennu❤❤🙏🙏
😁😁😁😁😁😁
Mucaa warra gindookoo yaanii kee natii toleeraa bulii qaxaalee garuu osso atii jjaalatee siif wayyaa broko rabbi sii haa milkeesuu
Saree jala ka,ii qama salaa kee comment namaa jala demte qama salaa sala hin jedhii
Bagaa nagaan dhufte Gammee koo
Uuuf ulfadhu yerojalqabaf senarati kanmaqaa biyako dhofsite bayen gamade rabi nama atijalatu sifakeni
Ati wani garii wani goteefi waqayoosi wani garii sifi yaddaa obolesa keenya
Waaqayyoon si ha ebbisuu nami akka kee essaa hin argamuu yani ani si qabu osoo ati nama garaan kee jaalate filatee si wayaa jiradhu kan rabbin si qodee ketuuma abishi
Senaa gariidha jalalee ishee jalqabaa dhifamaa godhiif jirenyaa isheetif
Atii immoo yanii matii kiyyaan namaa naaf ta'uu naa barbadaa jetee sunii siirrii natii hin fakkatuu. Maliif yoo jetee namaa atii ofii ketii jalatee fi filatee siif wayyaa jirenyaa kee isaa gara funduraaf.
Waan hundafu Waaqayyoo jirenyaa kee siif haa ebbesuu
Derartu abera koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
Bagaa nagaan dhuftee obbooleesa keenyaa gammee garuu maalif yeroo Vediyyoo gad lakkiisee dafee naa biraa gahuu didaa Ana ammaa naa biraa gahee kunoo 🤔🤔🤔🤔
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉😢😢
Woww Bagaa waaqayyoo wani hundaa si garagaree bro koo ergaa osoo offi kee jaallaatee gaariidha natti fakkataa boodaa ykn gabbii keessa si galachaa ta.aa
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
@@kushland6921 😂😢
@@seemborak6238 seeni dawwadhuuu
Galatoomii gammee ammas cime itta fufu seenaa bayy'ee nama barsiisuu dha
Bagaa rabbii jirenyaa kee siif mijeseee
Yoyaa ijollee oromoo koo
❤❤❤
Wel come gamee kenyaa ♥️♥️
😭😢😢😢😢
Dhugaa wantaa ajja'
Anii kotii mallif jallalle duritiif dhifamaa gotufii dhifamma godhifii defadhuu jalalatuu calla yomuu ga.illa karra matitin jechun bayyee rakodhaa dhirafii mitii shamarafuu
Bagaa nagaan dhufte Gammee kenyaa
Hawi gizachow koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta i
Welcome gamee kan matin kee sif jalatan miti kan ofi jalatee filadhu nama betuu yoo jiratee
Maa na tayin sitan herumaa 😊mati koti ergadhuu ☺️☺️
Oromira24 bagaa dhuftee
Itttuu nuniii asiii jiruu akkamittii mattin nabarabada jete😉😉😂😂❤💚
Hhhhhhhh 😁😁 woyyooooo garaa kooo 👣
Kkkkkk yammii kotuu na birraa jedhini kkkkk
Hana best koottu maatii walif haataanu maatii naaf ta.i lammii
@@hawwiidarajee2303 kkkk🤣🤣🤣🤣🤣keessaan naa duubis jedhin kaa
Hana best kkkkkkkkk yoo argatee nuunis gaahi tolee😆😆😆🤨🤨
Nagaan siyaa galchuu
Oboleesa koo hiin gowwattiin dhira mitii shamaruu kan ofii jalatettii herumaa jirtii, kanaafuu biyyaa kee demitii shamaara nannoo keessaan jirraan keessaa ilaladhuu kaan garraan kee ittii sii nahee fii xiqo waliniis taphatee kan yaddaan sii fakkatuu fudhii mallee zim jetee kan mattiin filataan hiin fudhiin, sababnis situ waliin jirataa mallee mattii kee mitii wan ta'eef, itii ansees shamaara biyyaa arabattii galtee fii kan baratee fagesitee futee hiin demiin, achii gesee sirkaa badii ta'aa, shamaara ijolummaa qabduu ,kan intarneetaa hin baree, kan amantii ishetii cimtuu tatee fii barnootas yoo xiqatee 5 oll fii 10 gad kan baratee ilaladhuu hasofsisii fudhii.
Uuuuuufi garaa nama nyaataa Abshirii brother koo
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
WEl CAME oromia 24 ❤️❤️💚💚❤️❤️
Mulu hurum koottu maatii waliif haataanu maatii naaf ta.i
@@Ummurudwaan sif ta'e oromoo tiyaa
@@obseeshow9855 ok baayyee galatoomi sanyi
Baga nagan dhufte
Yadaa garidhaa mucaa jalalee kees bagaa. Gargatee galaatomi garu jirenya ketif ofumaa kee filadhuu
Abshir ati dogogoraa hin qabduu ati obolesaa koo kan sif tahu sif haa kenu raabi 🙏🙏🙏❤❤❤🤦♀️🤦♀️🤦♀️
Kanii Matin namaa maraxanuu garii hin ta'auu udii anii jilee jiraa obolesaa koo atumanii maraxadhuu 😋😍
Ana dhufuu✋✋
Matiii sifiii barabadunaaa kalaxaaa oblesaa ko kotuuu shamaran ni jiraaa
Waaqayyoo siif haa kennu kan fedhaa isaa 😍😊
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
@@kushland6921 😾😂🙀
Anni uffumma ketti jaaladhu sin jedhaa sanyi koo
Yeroo kana ka'aa uffi jaalatani wajjuu jirrachuu ?
Rabbi si haa milikkeessuu
Bagaa nagayaan dhuftee gamachisi keenaa 😍😍😍😍❤❤🌹🌹🌹🌹
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
Baaga naagah dhuftee gamee😍😍
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam.
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
yaadaa koo gameen dubate 👍
Dhirii Gindo jalaanan dubati hin debi.u😍ishumaa duraa fudhii
Welcome 💖💖💖💖
Sif ka rabbi si riqe hin jira obsi ati
womaa ofuumaf filaatetu gaariidha
Obblessa koo seena nama mararuu garuu haraati sadarka bareeda irra jirtaa jiruufi jaalali qormaata baayata ammas akka duritti yoo ishee jalaate deebiyii fudhii jalaali jalqaba hidii isaa dheera jedhu isheeni baaleesaf arsaa kafalte jirti kanaaf osoo fute carra keenite naati tolaa isheen qarshiif malee sii jaalati turee amma doggogira sirriti barate jirti bara jireenya ishee siif Aboomati jedha tahu yoo bahate kanaa biraa jalaadhu fedhi kee filaadhu fedhi maati jettu kuni jireenyaa kee boruu ni miidha keesahu dubarti jireenyafi qarshi Adda baaste beektu filaadhu sadarka irra jirtu ilaale maati. Kamu intaala ofii siid keenu garu boruu gaafa bakka barbadu geese sii gaatu dandeesi ofii yoo filaate lammata hin miidhamtu yadaa kooti
Bagaa nagaan dhufte
Watch "Qaamni saalaa Wal keessa lixee yeroo bau didu 🙄🙄 mal gochuu qabna | isin mudatee beeka ???" on TH-cam
th-cam.com/video/pkgqlr4Op3I/w-d-xo.html
Milka'ii obolesaa koo yadnii kee garidhaa garuu osoo ofif filatee gaaridhan jedhaa akka koti itti yadii osoo hin mudamiin
Ofumaa ketif filadhuu jaladhuu
Qophiin kessan Garidha garu sirba dub-dubee jijiraa
Uuuufffff
Welcam gamee 🤝