Yaa Badii Obboleessa|Mudanno Jireenya Murte Keessan Barbaadu

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 14 พ.ย. 2024

ความคิดเห็น • 478

  • @foziorotube
    @foziorotube 4 ปีที่แล้ว +42

    Aaaaaahh yaa allah dhalii nama jiruuf jireenyii qormaata ulfaatadha bayyee gaddee akkumaa kiyyaa natti fakkate
    Imimmaan koo narraa ya'e
    Homa miti ni darbaa fayyaa qabachuun waan hundaa calaa . waan darbee dhisii da'imaa akka qabdu harmee ketti itti him ammas dafii galii da'imaa tee fudhuu jiruu harayaa woliin jiraadhu.yoo herumtes nama itti herumtuu sana hin dhoksiin da'imaa tee woliin yoo sii jalate sii haa jalatu

  • @hassansabbagh140
    @hassansabbagh140 4 ปีที่แล้ว +1

    uuffee hadhokoo hooma miti ergaa tae wa gochu hin dandesu waggaa dheraa daima kee irra fagatetaa kana caala garuu hin turin gaaliti daimakee walin jirenyaa gaari jiradhu ishe mucakew gudiftu umri ishee waqayyo haa dherasufi namni akkasi nama gargaru wan hin jireef atis gargaruu hin dhisin jabaadhu

  • @salihaayederaalji3379
    @salihaayederaalji3379 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuffffffff senaaa garaa namaa nyatuu dhaa dhugaaaa rabbi namiitii ilmaa ke sif guddistee rabbi umrii haa dhersuu atii mo daimaa ke waliin jiradhuuu boruu abdii biyyaa ta,uu dadeetii caraa kee kan akka isii hin mudaanee addaraa ilmaa te milkii gudiisaadhuu seraaa obbolleetii tiyyaaa

  • @mitamita7790
    @mitamita7790 4 ปีที่แล้ว +1

    Demii muca keti galii kan ilmoo kee sif guddiste sani wajiin jirradhu isaan laman hin dadhabdu hojii hojadhu matii ketit himii Abba ilmo keti sanitis himuun sirra jira sababni isaas yeroo mucan te sigafatutu dhufa wan ta'ef manguddoo sigargarte tana immo hagaa dhumati gargaruun sirra jira

  • @jituuoromiyaa3705
    @jituuoromiyaa3705 4 ปีที่แล้ว +30

    Lakkii biyyaa keeti ishee mucaa keet siif guddisitee waaqayyoon umurrii isaa haa dheeressuu mucaa kees siif haa guddisuu waaqiin

  • @mariyamethopia6374
    @mariyamethopia6374 4 ปีที่แล้ว +1

    Jabadhu rabini sii haa garagaruu homaa rakoo hiniqabuu hadhaa ketiti himii

  • @wallaggaabiyaakoo7886
    @wallaggaabiyaakoo7886 4 ปีที่แล้ว +43

    Homaa mitii bagaa da, imaa kee basiin garaa keeti bagaa desee Amma garuu harmee kees ta, ee firii kee haa bekuu itti qana, iini dhalii dawittii ofti

    • @samirahmirah1234
      @samirahmirah1234 4 ปีที่แล้ว

      Yaoboletikoo wonitihindaribinee hinjiruu kanhundaa dabarisitee kanjenanii jariti sifagudisitee garigarii rakokee hunidumamoo harimeketii himii abamucaketii yoarigitefii itihimii

  • @lubbunkookiristoosiflubbun5345
    @lubbunkookiristoosiflubbun5345 4 ปีที่แล้ว +1

    Iccittiwwan akka duraa jiran mataa isheef qoodu qaba. Gidiraa dabarsuutu ulfaata malee gidiraa dabarsaan himuun hin ulfaatu. Akka kooti himii siin jechaa. Garuu maanguddoon sun eessas jirtaan eessatti jajjabeeffamuf gargaramu qabu. Akka fedhaaf eeyyama waaqayyooti maanguddoo sanan walii barruun barbaada🤲

  • @tytr4579
    @tytr4579 4 ปีที่แล้ว

    Duran durse jartii da. iima sif gudiistu San rabii umurii ha dhersu☝️☝️☝️🙏😥😥 ilmo kes rabii sif ha gudiisu, ☝️☝️Amaf Gara ke jabesii hiciitii ke kan dura dhosiite hadha ketii hin Kara biya debii. ii obollesii too jiirenyii Adunya kanara bu. a bahii Hedu Wan qabduf hatii ofiis hagasii Gara namatii hin janatuu ittii himii hin sodatii 😥😥

  • @graiceabdelmassih557
    @graiceabdelmassih557 4 ปีที่แล้ว +1

    uuuùuuuufffffii jirenyaa biyaa lafa hulfta wqayo ebbifamuu oromaa hadha siif tasisee hadha fi abbaa mucaa ketii himiii

  • @hawireta3445
    @hawireta3445 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuufffffff bay'ee ulfataa !
    dhursee waqnii cito namaaf kenee qensaa nama hin dhowatu jedhan
    Jartii mucaa siif guddiftee sanaa ulataa kafalatee hin fixee sirraa qabuu rabbii amalee umurii isaanii yaa dheresuu!
    atii harmee keetii isaa jiruu hundaa itii himii haraa darbee jiraa kanafuu haraa atii manalee kirefaatee mucaa kee waalin jirachuu ni dandesaa matii dhoskuun yoo hirkatumaa jiratee maal godhaa jetee kan yaduu haraa garuu of dandesee jirtaa harmetii himi
    Mucaa ykn abbaa mucayoo ketii amoo halii ittiin gudedamtee sii jibisisulee dhugaa itii himuu qabdaa sii waalib ilee jirachuu batuu mucaan kee abbaa qabaa jetee akka yaduu gochuun dirqamaa keetii biyyaa kee galii namaa hundaa dhisiiti #milki tee waaliin jartii siif gudiiftee sanilee hangaa lubbuu ishee jiruti akka hadhaa keetiti lalii
    Ayii namaa #mawaled #konkaa nw yilalu betikekel agegnahu melkm sewn ezi gar

    • @gannattibbeeso9465
      @gannattibbeeso9465 4 ปีที่แล้ว

      Homa miti amale cara garii qabda oboleti koo gallii bultii ijaradhu kani darbefi hin yadini

  • @firihotmarru1063
    @firihotmarru1063 4 ปีที่แล้ว +12

    Uuuuuuufffff Cara dubarti 😭😭😭😭jabadhu 💖💖💖

  • @ekramabdela8107
    @ekramabdela8107 4 ปีที่แล้ว +86

    Ara'aa antuu dursee illee Like Nafi Godhaa Mee.

    • @hiwotadis2827
      @hiwotadis2827 4 ปีที่แล้ว +2

      Namaa gadisisaa abbaa mucaa ket himi hadhaa kets himi jabadhuu

    • @cellclinic9873
      @cellclinic9873 4 ปีที่แล้ว +1

      Jabadhuu bayee saa dogorigotetaa Kanii daribefii dhisii Kanii dhufufii waqaayyoon walinii arimee ketii imufii yadii magodoo Sanaa imoo umurii adheratanii

    • @SamsungSamsung-pc4lr
      @SamsungSamsung-pc4lr 4 ปีที่แล้ว

      Lkii lakii jedhaa maalisaani kuuni👹👹🤨🤨🤨🤨🤨ergaa isiin darber kaan dhgefadhaa qofaa yadaa kesaan qodafii barumsaa iraa Argatuu

    • @obsiiyaagaraakoo935
      @obsiiyaagaraakoo935 4 ปีที่แล้ว

      @@SamsungSamsung-pc4lr galatomi yaa...........

    • @anwaaarabdulkariim1273
      @anwaaarabdulkariim1273 4 ปีที่แล้ว +1

      Ekram Abdela hi

  • @gadiseabara9552
    @gadiseabara9552 4 ปีที่แล้ว +1

    Obboleti koo ani wantaa siin jedhuu barbaduu tokkoo isaa darbee osoo isa dhuftuu caalaa wantayef galitii muccaa kee gudhifadhuu muccaa kee Abbaa ishiis barsisii matii ketis wantaa ta’ee hundaa itti imii seenaa keessati kan sii walin ta’aan manguddoo qamaa irruu sana waqayyoo umurii isan yaa dheressuu.

  • @hojiinwaaqayyoguddaadha7307
    @hojiinwaaqayyoguddaadha7307 4 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyo seena kee jijjiree jiraa kan kalee darbee waaqayyo kennaa guddaa sif kennee qabeenya qabeenya caaluu ilmoo keeti galii harmee keeti himii, garuu dogogorri Abbaa da'imaa sani garuu osoo dhoksuu baktee,jedhaa, hadhaa ilmoo kee si guddistee waaqayyo olmaa ishee ya deebisuuf

  • @sumeeitalaaarsioromofarti7772
    @sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 ปีที่แล้ว

    Jartii sanii rabinii jasaa isii haagafaluu rabinii urmii haa dhersuu 💞💚💞💚❤❤✅✅

  • @dammesabontuu8699
    @dammesabontuu8699 4 ปีที่แล้ว +2

    Wayoo yaa jirenyaa lafaraa! Homaa mitii yaa wan ofii too atii jabatudha mucaa kee immo waqayoon sif haa gudisuu!

  • @RozRoz-oj1dk
    @RozRoz-oj1dk 4 ปีที่แล้ว +1

    Yaa Oboleti koo akka yaada kootiti waan darbee hunduma Harmee keetif ibsuu qabdan jedhaa maalif hatii kee Gara sitti hin jabatu waan obbolesi kee sirati rawate hunduma mudano kee ibsitefi fulaa duratis sodaa obbolesa ke qabda yo tahuu Matin akka harara Busan gotee jirenyaa kee fula durati akka womti akasi sin mudanef Rabin kadhuu ilmo kees mati kee barsisu qabdaa

  • @simarsanfromadamaa6654
    @simarsanfromadamaa6654 4 ปีที่แล้ว +1

    Homaa mitii Dhalaa argachuu ketiif bayyee namaa gamachiisa kan dhabee bo'u meqaa jiraa ammaa galii da'imaa kee gudisii harmee ketif immoo himii obbolesI kee moo guyyaa tokkoo senawun isaa hin olluu abbaa mucaa moo dhoksuu hin qabduu turee kan ta'e duraa ta'e

  • @scbfdsgvdd3354
    @scbfdsgvdd3354 4 ปีที่แล้ว

    armee ketii himii qabdaa atii mucaa qabachuuf kee ebifamtuu dhaa kanaaf mucaa ketii gamduu tatee waee herumaa dhiftee waee mucaa keetii yaduu qabdaa isheen abdii kee boriitii kanaaf jabadhuu obbolee koorabbii nagaan mucaa ketii siyyaa galchuu

  • @nanaatuunanaatuu7296
    @nanaatuunanaatuu7296 4 ปีที่แล้ว +1

    Uufffff rabbii umurii qartii sanaa yaa dheresuu daimaa kees siif yaa gudisuu raabbii adhaa kee hin sodatinii ittii imii dammaa too

  • @hadhaako
    @hadhaako 2 ปีที่แล้ว

    Oso akkumaa gamee jedhee oso mucaa Kee abbaa mucaa barsitee achii mo maatii keetii oso maatii keetii barsitee gaariidha akkasuma jartii SI gargaree saniile gooftan umurii dheeraa ishefa kenuu atii mo wanta keessa dabarsite maatii keetii him yo SI jalalatama yo SI jibanilee 😭💔

  • @masaaratkumaa4506
    @masaaratkumaa4506 4 ปีที่แล้ว +1

    Waqaayyo mucaakee siif Aguudiisuu jaajaabaadhuu Suutaa suutaan himuufii yaalii senaaakee faanaa jaabaadhuu uuuuuuuupha Love soooooo mchii 😍 😘

  • @fatiyaa3697
    @fatiyaa3697 4 ปีที่แล้ว +1

    bayyee garaa.namaa.nyataa
    Dhugaa
    Rabbii
    dirqamaa.Adha.ketii.himuu.qabdaa
    Samun keessii.yogasii.boqonnaa.argataa
    Adho.koo.jabadhuu

  • @samirakadir3596
    @samirakadir3596 4 ปีที่แล้ว

    Hadha keeti himi Rakko qabu obollesi keesse tarri Am wan Addan turritanifi si jallachu danidayu lubbu si qoffa mitti Dubayi keesa Seena akka kee kan qabu heedudha Amishiri garra biyya keessi galli Dubayi daffite nama gaddi hin dhissitu mee lakkoffisa kee na errigi Annisi dubayin jirra 🤩😍😘

  • @werkitamru6602
    @werkitamru6602 4 ปีที่แล้ว +3

    Baay'een gaddee Rabbii ilmoo tee siif haa guddisuu ilmoon keenna Rabbiiti obboleettii too harmee keetii himii itti hin salfatin

  • @rahmabeevi2423
    @rahmabeevi2423 3 ปีที่แล้ว

    Jaritti saan rabbi jeyyinattaa issif haa kennuu

  • @jamilaarsii7940
    @jamilaarsii7940 4 ปีที่แล้ว

    Oboleessi isii wolin jalalaa isanfi halatuu nama gadiisiisaa galatoomi qophii keessan keessatii barumsaa baye nama toluu guyyaa guyyaan nu biraan gahaa jirtuu jabaadhaa ❤️❤️❤️

  • @Obsee....E825
    @Obsee....E825 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuffffffffffffff jabduu too jabaadhu waqaayooni dai,maa kee sifi yaa gudisuu

  • @alemituhaylo8137
    @alemituhaylo8137 4 ปีที่แล้ว +1

    Rabiin nagaan sii yaa galichuu tii isaan boode ergaa tasgabofitee boodaa waanta jiruu harimee keet himii yaa oboletii too

  • @lamlamlamlam4261
    @lamlamlamlam4261 4 ปีที่แล้ว +1

    Homa mitii wantiii bayyeeyuu dabarsiteta amma gara biyya keeti galii da'mma kees ilaalii . Hangam yoo dhoksiteyuu guyya tokko beekamun isa hin oluu kanaaf obboleetii koo haadha keetii himi. Waaqayyoo gooftaan da'mma kee siifa guddisuu.

  • @sabkeebarararsaerko2
    @sabkeebarararsaerko2 4 ปีที่แล้ว

    Seenaa kee akkan dhaga'een lapheen koo baayee na cabbe. Ta'uus bu'a bayii jireenya kessa dabarsituus nama rakko keetif si bira dhabate qabda. akkasumas rabbi si waalin jira. akka dhufaa kotti, osso dhugaa jiru ifa goote bareeda. dhugaa yoomu hin injifataadha. jireenya soba waalin akka jiratttu si hin jajjabessu. abba mucaa keetitti waan jiru hundaa tasgaba'i itti himi. mucaan keetis mirga abba isa beeku qaba. Harmee keetitis akkasuma. Abdi guddan qaba, karaa dhugaa qabatte yoo deemte ni injifatta. Amma bu'aa bahii jiru baate jirta. jireenya fulduraa keetif rabbi si waalin haa ta'u.

  • @aantukamel7751
    @aantukamel7751 4 ปีที่แล้ว +1

    Galii haattii ufi homa nama gottu sii riifattii maale mucattii teele fudhadhu taa hanga amma sii gudifte umrii rabbiin haa dheerressu

  • @jalalaonnenkoo768
    @jalalaonnenkoo768 4 ปีที่แล้ว +1

    Jiracheenya kessati qoramun wantuma jiru dhala qabachun qani hin qabu hundafu mucaa kee matii kee barsisi hin dhiphati jireenya kee isa hafeef rabbi sii waliin haa ta'u

  • @sifanimuhammad5459
    @sifanimuhammad5459 4 ปีที่แล้ว +1

    WOyiinee lubu too 😭😭ani aka ofi kiyati woniti sin jedhuu dhugama jirituu iti himii harimee tetiti anaa diriqamani edoo dagalatiti nagudedani jedhin yaa habibiti tiyaa

    • @birbir6115
      @birbir6115 4 ปีที่แล้ว

      Uuuuuuuuuuuuuffffff 😢😢wan hunda durayuu jarti akkas jete sijajabesete sane yomile hin dagatin arme keti imi da'ima kee kennaa addaati galii wajin jiradhu

  • @hawwiidarajee2303
    @hawwiidarajee2303 4 ปีที่แล้ว

    Homma miti waqayoo sifi keenaa itti himmii ammaa

  • @emutube5992
    @emutube5992 4 ปีที่แล้ว +1

    Dhuguma waqa rabbi naanno kenyati haa bayisu. Gamachisi rabbi Kan hojji isaa haa kenufi hin jedhamu obbolecha irrati waqayoo hin egatan Amma kamiyu haa ta'u hamma

  • @betyaxiru312
    @betyaxiru312 4 ปีที่แล้ว +2

    Uuuufff hadhoo ko 😭😭😭😭😭😭😭homma mitti bagaa waqayyoo ilmo siif kenne malee hadhaa keti him kan biraa moo abbaa ilmo keti him ilmo kee abba shee Walalu hin qabdu attis midhamte ilmon keessi midhamu hin qabdu kanaf kan boodaa wayee ilmo kee yadduu Qabda caraa Kee ilmon kee galuu hin qabdu wan ta'ef waqayyoo sii waliin yaa ta,u

  • @zamzamabino2314
    @zamzamabino2314 4 ปีที่แล้ว +1

    Yaa gara hadhaa dhaltee marimaan namaa rasaa . hommaa miti haati kee ni gamaadi malee hin gaditu waan ta'eef itti himmi da'imaa kee immoo itti galii jalalaa keenif.

  • @nanaatuunanaatuu7296
    @nanaatuunanaatuu7296 4 ปีที่แล้ว +1

    Garuu abba mucaa kettii kaan isaa tahuu ittii imii rabbii nagaan sihaa galchuu galii ilmoo kee fii adhaa kee laalii abibti😍😍

  • @hawidegaga3127
    @hawidegaga3127 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuufff yaa carraa shamaaran keenyaa garaan nu gubbatee kaa maaloo 😭 ommaa miti hadhoo koo galii biiyyaa keeti harmee keetis himii mucaa keetis hin salfaatiin ilmoon ofii kennadha waan ta'eef kanaf abbaatis himii mucaa kee ilmoo abbaa hin qabnee hin taasiisin. Manguddoo sanaf mmoo umurii dheeraan hawwaf❤❤

    • @najahakamal1254
      @najahakamal1254 4 ปีที่แล้ว

      Rabbi si bir jiraa abshirr humaa hin qabuuu

  • @hawibiyyachannel8562
    @hawibiyyachannel8562 4 ปีที่แล้ว +1

    Baga nagaan dhufte Oromia kan hunduu si eegatu oromiakoo

  • @fasoo1973
    @fasoo1973 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifami hadho baga da'aima kee hin basi baga deesse
    Jarti ishe si jajabbeessa turte umuri sani ha dabalamufi dacha dacha 💞💞💞💞💞💞💞💞💞
    Galatomi yero bayye Yada laphe nama tuqu hasofta Ogumichi sifa dabalamu from oromia 💞💞💞💞💞💞

  • @almazalmazo4625
    @almazalmazo4625 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuffffff senanii kee namaa gadisisa hin sodatin Harmee keetii himadhu Dayimiin keenaa waqayyooti
    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️

    • @SumayaHaji-fu6mo
      @SumayaHaji-fu6mo 4 ปีที่แล้ว

      Durasa hatemeti himuu qabaada turee diimaas himii garaa diima a ketii galii qabadhu itii galii gara haramee ketii mucaa kee jalala hafii abbaa malee gudhachaa jiraa kunisii midhaa iraa gayuu dandaya

  • @aliiibrayimii7769
    @aliiibrayimii7769 4 ปีที่แล้ว

    Lakkii hadhaa kee dechee ilmoo akkaa qabduu dhoksuu balechitee,hatii ofii wanii hundaa ofitii ishinii dechee jettesii sittii hin jijiramtuu kanafuu harmee ketii immadhuu,ommaa mitii abshirii ,jabadhuu

  • @rahmarahma8622
    @rahmarahma8622 3 ปีที่แล้ว

    Uuuffff rabbi siha jajabesu jabadhj

  • @urjiicamada9941
    @urjiicamada9941 4 ปีที่แล้ว

    hobolettiiko jirenya kessattii qormmanni wanuma juru garumo ilmmokee baga ofirra hin basin baga fireke desse ijan Argite maguddoo mucakee sif guddiifte rabbiin humurii issii Adheres Ennaa mucake hadhake Abararuu

  • @abdunasir2961
    @abdunasir2961 4 ปีที่แล้ว +1

    Way dubarti tenya 😥😥 Ani kanin sif dhaamu ilaa yomii dhoysitee dandessaa mi firraa ittii himi harmen tetilleen hoso heruma ke eyduu joo siduraa wa tatee sheenan sirraa hin batu way sila ittii hime jettee shenauf teessa tanafu dafii ittii himii

  • @lebanonlebanon277
    @lebanonlebanon277 4 ปีที่แล้ว +1

    Rabii sifi haa guddisuu jabadhuu

  • @fanoseebekele6046
    @fanoseebekele6046 4 ปีที่แล้ว +1

    Kodee too waqayoo siif haa gudisu baga hin basin homa miti ishi hama hasii iti imuf hin yadani namani tokko toko rifatura hin hafu galii gara biy,aa ketii daimma tetis bay,ee iraa fagtee erga galte bodaa hundaa wan sira gahe san arma teti imata daimmas akka qabu kodde too kan argachuf jedhe dhabee meqatu jiraa si hin kafani jabdhu kan yero kamiyutu ol nama takaraa ta u qabaa ishi bay,ee nama cimtudha dhugaa rabii 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏

    • @imaniman5876
      @imaniman5876 4 ปีที่แล้ว

      Wanumtii sii qanesuu hin jiruu harmee ketii imadhuu ilmon badhasa rabbitii ittin bonii malee itii gaddiin qabenyii kee ykn ijii kee jalqaba ishidha

  • @adanukebede4100
    @adanukebede4100 4 ปีที่แล้ว +1

    Harmee keet dhugaa jiru itti himi rabbi si haa gargaru jabbadhu

  • @ibsaa5210
    @ibsaa5210 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuuf hedduu namaa gaddidisa akkaa kiyyattii harme isitii fi abbaa ilmo kan ittii himuu sodattee sanittillee himuu qabdii yo herumuu battes wan dalagatteen biyyaa isittii galte ilmo isii guddifachutuu irraa agaridhaa hundafuu rabbin wajjin hajiratuu

  • @seenaayegetalij2769
    @seenaayegetalij2769 4 ปีที่แล้ว +1

    Barumssii kee bayee naat tolla jabadhuu

  • @yerosanejersoyerosanejerso5429
    @yerosanejersoyerosanejerso5429 4 ปีที่แล้ว +2

    dhugaa oboleetii ko dhallii nama dhoksaa namaatii himaachu dandeenye baay.ee qaba mudaanoon ke anaa natii fakkaate atii garuu caraa qabeetiidha maaliif bektaa ilmoo qabda hadhaa qabda kanaafuu haatii ofii waan hundumaatii kanaafuu dhoksaa kee hundaa itti himi akka ishiin siiti hin gaddiinef gaddii jedhii jilbaa hadhaa ke qabaadhutii dhiifaama gaafadhu haatii gara laafetiidha

  • @MaryamMaryam-sf6zc
    @MaryamMaryam-sf6zc 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuufffff dhugaa waqayo baayyee nama gadisisaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @roqayam3289
    @roqayam3289 4 ปีที่แล้ว +1

    Rabii sifii haa gudusuu hadhaa ketii himii

  • @shaikhaalkaabi7959
    @shaikhaalkaabi7959 4 ปีที่แล้ว +1

    Bagaa waaqqayyoo siif keennee Ammaa gaalii mucaa kee Abbaa isheeti himii hadhaa keetis hin himii Rakkoo hin qabuu seenaa ishee mucaa kee siif guddisite sanaa waaqqaayoo umurii dheraa isheef haa keenuu

  • @workiworki7133
    @workiworki7133 4 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu. Wqaayoo. Naga. Siyaa. Galichuu

  • @sifanmalaku7260
    @sifanmalaku7260 3 ปีที่แล้ว

    Uuuffi.jabadhu.obboletiko.😭😍

  • @kinatokinato2846
    @kinatokinato2846 4 ปีที่แล้ว +1

    Anis obboleessa koo hangafa namoota biraafi kabaja addaa qaba garuu anif inni akka nama du'ee walii ilala, maatii keessa ilachaa nama barate Otoo tane, har'aa yeroo silkii na dawalu ani keessa koo madaa waan qabufi baay'ee waliin hasawa hin danda'uu .

  • @alimahameya7702
    @alimahameya7702 4 ปีที่แล้ว +1

    Homa mitti jajabadhu ilmi nama kammu kan hin dogogore hin jiru garu Abbaa sani maaf dhossite

  • @burtukaanintalaaambo6308
    @burtukaanintalaaambo6308 4 ปีที่แล้ว +2

    WOWO

  • @obseenmucakayyooti4308
    @obseenmucakayyooti4308 4 ปีที่แล้ว +1

    Ani akka kooti abba mucaa keeti kan isa ta.uu iti imi yoo amanu batee dhigaa isani y k n dee.enidhan beekkun hin dada.ama wan ta.efi iti asun imoo wan keessa dabartee hunda armee keeti imi waqayyoo akka yadda keeti sifi yaata.uu

  • @zawdadesta8842
    @zawdadesta8842 4 ปีที่แล้ว

    Amanusi dhisusi abbaa mucati himuni diriqama kana biranimoo uumurishi gutuu gafi kanati dhipachura matishitisi himuni garidha akasumasi dubariti sigargarite suni galata gudaa qabidii gudaa galatoma jabadhu oboletikoo sena gudadha kuni uumuri dheradhu jirenyaketi gamadi jiradhu!!

  • @qoreeqarasibiilaa7840
    @qoreeqarasibiilaa7840 4 ปีที่แล้ว

    Duraan durse haadha kee dhoksun kee Gaarii hin ture haa ta'u egaa Erga deemsa kana hunda deemte as geesse booda ammas carraan jiru haadha keeti himuudha kana hunda gochu keetinis hameenya yaade osoon taane sodaa obboleessa keetif kabaja maatii keetif yeroo saniti yaadde ta'uu isa miira isaan hubachiisun dursa of Amansiiste isaan Amansiisuf yaadu qabda.
    Tarii daayima kee Guddiffachaayyu osoo kana booda osoo kennite Ajaja harme keetin heerumte jireenya haaraa Eegalte boqonnaa wan Argattu jedhe yaadun qabu Akka nama dhuunfati😔

  • @alhamdulillahyaarabbi4390
    @alhamdulillahyaarabbi4390 4 ปีที่แล้ว +1

    Galatoma qophesite qophesitoni danbali jallalla

  • @martadufera4676
    @martadufera4676 4 ปีที่แล้ว

    homa miti hunduu waaqayyoo sii gargaaree har.aa hundumaa keessaan darbitee jirtii bagaa dessee yeroo sanaa bagaa mucaa kee baasuu dhiisuukee sirriidhaa ishii hoolotaattii lubbu mucaa oolchii galatefaadhuu harmee keetii garaa jabaadhu ittii himii sabaabii isaa baay.ee gammadii malee sittii mucaa arguu waan barbadii mucaa deemii naa fudhii jedhii harmee keen naannoo isaa itti himii jartii mucaa kee sii eegaa jiraan waaqayyoo urmii isaanii nuu haa dheeraasuu atii baay.ee galateeffaadhuu mucaa waaqayoo siif haa guddiisuu obbolessaa kee imoo dhifaamaa gaafadhuu atii biyyaa hambaa wantaa barteef yeroo sana sii midhuu barbadee miti obboleessii angafaan inumaa namaa reebaa jajabaadhuu biyyaa keetii deebii mucaa kee jalaalaa harmee itti argasiisii harmeekee biraas fudhii deemii abbaa milkiittii dhugaa jiruu himii abbaa ishii barbaachiisaa waan ta.eef yeroo sanaa sodaadheen garuu mucaa kanuma keetii jedhii dhaamsaa kootii

  • @botuuarasi3497
    @botuuarasi3497 4 ปีที่แล้ว +1

    😭😭😭heduu namaa gadisisaa anaa yanii kiyaa garaa biyaa galii abaa daa.aimalee soqii yoo bulatii ijiratele yoo hinii ijaratinilee itii himii hadhaa ketitisii himii wotii dabaratee dabaratee jedhamati wanii taa.aefii
    Obasii taa taratee taa dhufatutuu calaa jedhanii kanafuu kaa darabee dhisii jirenyaa kee fiyesufiu tatafadhuu oboletii too abashirii

  • @kiyyaayetube9222
    @kiyyaayetube9222 4 ปีที่แล้ว +1

    😢😢😢😢😭😭rabbi furmatta sif haa godhu

  • @chaltudabushe9312
    @chaltudabushe9312 4 ปีที่แล้ว

    Harmee keetii himii abbaa milktiis himii Ishii mucaa kee guddifte waaqayyoo umurii ishii haa dherreesu obboollesii kee Moo hojii isaa haa nyaatu harmee kee Moo ittii gammadii!!

  • @askaletesfaye513
    @askaletesfaye513 2 ปีที่แล้ว +1

    Waa heddu dabarsitee obbleetti koo obsii

  • @kuwrrr1799
    @kuwrrr1799 4 ปีที่แล้ว +1

    Amaa biyya keti gali uuuuuuuffff jiru kenya maluma lataa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ishe sii gargarte sanaa akka harme keti ilali

  • @obseemusaaoromia3764
    @obseemusaaoromia3764 4 ปีที่แล้ว +3

    Welcome oromia 24 bay'ee isn Jaladha akkasuma barumsa kessan bay'ee nama hawwata ❤💙💜💚🖤💛💟🥰🥰

  • @timothybaloukji6692
    @timothybaloukji6692 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuffffff rabbi bagaa har'aa si gaheejarti mucaa guddisajirtuutu baay'ee galaatteeffaadhu kanaa booda jirrmeenyikee gufuu hingodhaatu

  • @sumeeitalaaarsioromofarti7772
    @sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 ปีที่แล้ว

    Hiryaa Kee abbaa di,maa sanii itti himii jalalee keetitii debiyii❤💞❤💞💚❤💚❤

  • @zinashalemu8274
    @zinashalemu8274 4 ปีที่แล้ว

    Hadhaa keti hima hatti ofi garaa hin jabattuu homaa mitii jabadhuu funduri kee ifi abshirii

  • @MariyamaHaji
    @MariyamaHaji 5 หลายเดือนก่อน

    Yaa 😢😢😢 Rabii ko ufiii hadhaa keti himii dhuga jiruu saboda galii mucati te fudhadhu hadhaa ke biraa fidi boda herumii😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @sabotuoromouae3871
    @sabotuoromouae3871 4 ปีที่แล้ว

    Yaa oboleti koo dhugaa jiruu mati ke hundatu himi wani ilmo gahu hin jiruu waqayoo sif haa gudisu jariti sanis waqayoo umurii isni haa dheresuu

  • @welega2624
    @welega2624 4 ปีที่แล้ว +22

    Galii Gara Biyyaatti Harmeeketi himmaadhu Hati Ofii hirriyaadhas haadhadhas kanaafi hin sodatini

  • @yenetube4927
    @yenetube4927 4 ปีที่แล้ว +1

    Hin dhagefane garuu oromia 24 baga nagani dhuftan jajabadha 👏👏

  • @sifanitube3654
    @sifanitube3654 4 ปีที่แล้ว +1

    Harme keeti himi harme kee baayee gamadi kani jarti moo umuri ishee yaa dheerressuu rabbi gudda😍 abba mucati keeti jedhini ergaa dhifama si jedhe

  • @xggdgagx8875
    @xggdgagx8875 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuùuufffff yaa qormaata dubartummaa😭😭😭obboleettii koo harmee teetiittii himii haatii ofii badii ilmoo ishee hin argiituu😭argiituu yeroodhaf malee garaa hin jabattuu waaqayyoo ormaa sif laffiisee ilmoo tetiillee akka hin banneef sii egee ammas nagaan biyyaa kettii sa galtuu😥😥😥😥

  • @HxJjf-e9o
    @HxJjf-e9o 9 หลายเดือนก่อน

    Wwwwwww dhugaa isin dubaratii jabadudhaa amafii hadha ketiti himii

  • @kadeejaoman9588
    @kadeejaoman9588 4 ปีที่แล้ว +1

    Waqqayoo naga sii galshuu galii haadha kee ilaalii haadhoo koo jabadhuu

  • @abodejamalawda1499
    @abodejamalawda1499 4 ปีที่แล้ว +3

    Baga da'imaa kee hin bafnee atti amaa gara biyyaa gali bakka attif da'imni jiratu mijesii
    Jartii da'imaa sif gudiftef rabbiin umuri haa dheresu

  • @yaawaaqakosittuubeeka7260
    @yaawaaqakosittuubeeka7260 3 ปีที่แล้ว

    ANi Yaada gammeeti deegara👍👍👍👍

  • @urjiiamboo9882
    @urjiiamboo9882 4 ปีที่แล้ว +1

    Wayoo 😭😭😭😭 uuuuuuufffff maloo garaa nama nyataa dhugaa rabii jartii sanii humurishee Adheresuu Adaraa galii ilmoketii kodekoo maloo ilmokee hadhaa ishee walaliichiftee hin anbisiin Adaraa yaa tiiruu Adaraa ilmoo

  • @caltuloveoromo6359
    @caltuloveoromo6359 4 ปีที่แล้ว +1

    Hati gadisaa jiruti rako kee hundaa iti himadhu sutani amansisii jarati sani rabi umuri eshee haa dheresu

  • @burtukaanintalaaambo6308
    @burtukaanintalaaambo6308 4 ปีที่แล้ว +1

    Bayee gariidhaa

  • @bontuarsii5720
    @bontuarsii5720 4 ปีที่แล้ว +1

    uuuuuuf Yaa rabbii jiruu Adunyaa tana

  • @iloveyoudodolabiyakoshaham6583
    @iloveyoudodolabiyakoshaham6583 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuu Rabii isinii haa gargarruu obleti too😭😭😭

  • @sabontuuintaalaarsiividioh8512
    @sabontuuintaalaarsiividioh8512 4 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuuuffff bayye nama gadisisa garuu waqayyoo jajabinaa siif haa kenuu 😭😭
    Abba mucaa keeti san obsuu balessitee hojii isaati wan ta'eef osso itti himtee garidhaa
    Waaqayyo maguduu sanaf urmii issani haa dheeressu

    • @nasortt515
      @nasortt515 4 ปีที่แล้ว

      Uuuuuuuuufi😂😂

  • @kiyyaamokonnon517
    @kiyyaamokonnon517 3 ปีที่แล้ว

    Uuuufff abshir haadhoo koo 😭😭❤💚❤

  • @jamelakaney3083
    @jamelakaney3083 4 ปีที่แล้ว +3

    uufffff 😭😭😭😭😭

  • @hdhrdjdj9525
    @hdhrdjdj9525 4 ปีที่แล้ว +1

    Homa miti mudano kiyyani woli fakata amshiri

  • @sarasarasara2951
    @sarasarasara2951 4 ปีที่แล้ว

    Ayyiiiiiiiiiiiiiiii jireenyaa biyya lafaa uuuuuuuuuuuuuufffffffff
    Maaf nutii bayyata garuu qormatnii warra shamaranitii 🙈🙈🙈🙈🙈😭😭😭😭😭😭

  • @qaashtiisanyiioromoo9561
    @qaashtiisanyiioromoo9561 2 ปีที่แล้ว

    Uuuuf abshiir ayhii carrara kenyaa yarbbii hiree kenyaa nuuf tolchii😭😭😭😭

  • @masaratkinfe7946
    @masaratkinfe7946 4 ปีที่แล้ว +1

    Gara nama hamesa baye jabadhu fuduri kee ifadha

  • @sifaamamiyyee3306
    @sifaamamiyyee3306 4 ปีที่แล้ว +1

    Da.immaa kee rabbii sii haa gudisuu garuu rakkoo kanaa kanii sirraan gahee oboleessaa ketii sry ijoleen tenaa oboleetii tetii yadii 😥😥

    • @fadelkassem2929
      @fadelkassem2929 4 ปีที่แล้ว

      Uuuuuuuuuuufffffffff yaa garaa dhalaa ana qofaan se.e uuuuuuufffff waaqayyoo mucaa keetti nagaan si haa galchu harmee keettis imi armeen garaa in jabaattu

  • @imaattt5843
    @imaattt5843 4 ปีที่แล้ว +2

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ayii yaa caraa shamaranii bayee namaa gadisisaa garuu dayimaa kee hin dhoksin oboletii koo dayimnii kenaa waqyotii qormataa kee hundaa ishidhan dagataa ishin badhasaa ketii maatii kes tee hiroyonii kee bekuu qabuu kesatuu harmen kee bekuu qabdii waqyoo nagaadhan sii haa galchuu dayimaa kee sif haa gudisuu oboketii koo jabadhuu

    • @bydndkdukke4524
      @bydndkdukke4524 4 ปีที่แล้ว

      Miskin
      Bayee.,nama,gadisisaa
      Ayaatiikoojaabadhuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @bydndkdukke4524
      @bydndkdukke4524 4 ปีที่แล้ว +1

      Dhugaa,jeteeAti

    • @dinneegabirumaadinneegabir6187
      @dinneegabirumaadinneegabir6187 4 ปีที่แล้ว

      Bayee namaa gadisisaa garuu ani kani gafii natii tahee isini wari kirisitanaa kuni akamitii yeroo hudaa Diqalaa Dachii gutani Kanatuu biyaa tenaa bislisumaa dhorigee