ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
thank you all familySUBSCRIBEth-cam.com/channels/RDiKkJbdqnNFO_G6xgYugA.html
Ebbifaam lidu koo
this is my favorite song I listen to it every day I am 11 years old
YAADANII(Yaadoo)dhugaa akka qofootti jireenya namaa barabaraaf hordee dhaabee shororkaa'uu irraa nama boqochiisutu siif ife waan ta'eef keessatti of eegi.Faarfannaa karaakee naaf Yesus biraa naaf hiixatame kanaan guddaa eebbifameera kana caalaa ayyaanni siif ha baay'atu.
Sab,tasiseen jiraa.atis kootu
8jĩĭ8i6😄😄😄😄😄😄😄😄😄
Amantii koo Orthodox dha garuu farfanaan kuni abjuudhan naati dhufe, ergaan kee bodaa yoo xiqatee yeroo 10 ol dhagefadhe. Hundaafuu farfanaa bay’ee gariidha❤
Jireenyi ,karaan yesus kiristosin maalee hin jiru kottu sii waqqeeffadhu
Very nice
Eebbifamtuuko haadha kennaa baay'ee
ebbifamii guddaa ayyaanni isa sif haa baay'atu akkas kunoo faarfaannaa waqayyoon ibsu farachuun Fakkeenyummaan kee itti haa fufu..
Wawoo yaduko ebiifamii sagalee bayee namaa jabesutuu si kesaa bahaa waqayoo kanumaan calatii ayanasa sif ha dabaluu
I'm from Somalia ilove my Saviour Jesus Christ 🙏🏼❤️And God bless my brother's and sisters in Christ all
are u somalia or somalian😅
@@Dumm_iesthat’s not important here is it? Focus on the bigger picture
God bless you brother in Christ welcome to the most high kingdom. Love to see all brothers/sisters in Christ from all race and background.🙌🏻🙌🏻
❤❤❤❤❤❤
Yaadoo dachaadhaan eebbifami
Ameeeeeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuuuuuufffffffff bayyee nama ebiisaa farafaaniichii yahoo ebiifamii kan calaa ayyaannii farafaan siiraati haa dhagaaluu
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍Ameeeeeeeeeeeeen
Ebbifami jabaadhu itti fufi giifitikoo haleluya yesus gooftaadha haleluya❤❤❤❤❤
BAAYEE GAMMANNEE NUS GALATOOMA ISIINIS QOPHESSITOONNI FARFFANNAA KANAA HUNDII KESSAAN
dansaadha.continue more language...... jajjabaadhu#eebifami aboo
ትርጉሙን ባላቀውም ኣለመባረክ ግን ኣልቻልኩም ኣንዱ መንፈስ ጠጥተናልና❤❤❤❤🙏
Waanti nati badee hin jiruu Karaa yeesuuskoo. Eebifami bareedduuko
Ergaa irraa hin darbinedha Eebbifamteetta jabduu Keenya, Ayyaannisaa dabalee siif haa baay'atu!
Nuuf jiraadhu yado!
Eebbifami yaaduu koo
waaw bayy'ee namatti tolaa waqayyo sii haa ebbisuu🙏🙏🙏🙏
I am from Afghanistan but I love oromoo gospel songs 😋
Praise God welcome to the most high kingdom!
so whats diff being Afghanistan or somewhere to listen the lang u know obbole Wondemu?
Waaqayyo si haa eebbisu. Ayyaana amma kana ga'u inni siif baayise Yesuus maqaan isaa haa ulfaatu.
Jabdu nama nuf jiraadhu!!
Wow Amenn Amenn Amenn!!!! Gooftaan kana Caala ayyaana isaa siif ha bayy'isuu dacha naaf Eebbifaami bareeduu koo Yadi koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍 Oobboloota koo hundii keessaan Eebbaaf ta'aa barbadaama jabaadha Yesus ni dhufa!!❤️❤️🙏🙏👍👍
Ammayyu eebiffami eebifamtuukoo..
Ameeeen Ameeeen Na gamachisaa Afurii waqayyoo Ebbifamii dachaa dachaa🙏🙏❤❤❤😘😍😍
waqayyoo isn haaebbisuu faarsaa baayyee nama gamachisuudha.
Eebbifamteerta yaadoo keenya aayyaanichi siif haa baay.atu
"Farfannaa bareedadha"Baay'ee itti ebbifameera!!!!Nagammachiisa akumaa jettee, Waqayyoo jireenya kee,sammu kee, qalbii kee fi ebba kee irratti haa gammaddu,hamman fi jalaan akka sii minnef harkii waqayyo sirra hinfagatiin! "Jabadhuu"daandii bareedattu fuula kee duraa jira!
ishoo eebbifami bareedduukoo kennaa sirra kaaeef waaqayyoof galanni hata'u
Gooftaan si yaa eebbisu Faarfattuu Yaadanii !!!Macaafa Qulqulluun giddugaleessi isaa kiristoos.Atis Isa faarfatte.
Be Blessed My Sister God Bless you Abundantly❤
Wow Eebbifami😇 hujii Dansaa hojjattee👏Elias Berhanu Atilleen Eebbifami
Eebifami
Praise the Lord keep glorifying the Almighty God with more worship songs. Nothing is as pleasing as serving the Lord! God bless you!
I'm from NairobiAmazing song god bless you yaadaako
Yaadoo ko, Waaqayyo guddaa godhee siin haa eebbisu. ati mucaa gooftaati. adaraa kanan siin jedhu waa'ee kee waan hamaa dhaga'uu hin barbaadu. cimtee ayyaana waaqayyoo kadhachuun hojii gooftaa kana keessatti of eegi. jabaadhu gooftaan sii wajjin haa ta'u.
Waw Yaadoo koo eebbifamtuu koo Ayyaana qabeetti koo,wqy hafaa barakee haa eebbisuu
Ati Kilaashii keenya! jabduu, sibiila, lafaa dhuftuu, onneen gaara! Karaa amma akka gad hin dhiisne! Tajaajila kee kallattiin kanan hirmaadhee si arge, Haramayaatti! Galatoomi Guddattuu koo qaali! Hamtuun si hin argin! isa sitti kenname jabeessii qabi!
Ebbifami dachasaa waaqayyo waqaraa sin haa ebbisuu
Wow Yaado Waaqayyo inni Ayyaanicha kenne siinis nuuf kenne Haa ulfaatu!!!Eebbifami!!!
በጣም ነው ድምፅሽ የሚያምረው, Gooftaa isin haa eebbisu
Amen ebbifami yaado faarfana bareeda nama eebbisu ayyannii waaqayyoo dacha sirratti haatauu
Baay'ee namatti toltu. Waaqayyoo dachaa dachaan isin haa ebbisu❤❤❤❤❤❤ AMEEEEEEEEEN!!!!.......
I❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Ethiopia songs. Soooooo much
Akkas yadoko dibamtuu dha dhugaa ati
God bless you Yadeni, it’s a beautiful song. Keep making music for Christ.
Ameen Ameen waaqayyoo dachaan sii haa ebbisu ebbifami hadhoo koo
Gara tiktookiti baayye hojjedhu,Hojii miidhaga akkasiis dabali kottuu(Nagamachisa wooo)
Ameen Ameen gooftaan ayyaana isaa kana caalaan Siif haa baay'isu
Ebbifamtuu koo hubatuu koo Ameeeen ebbifamii mucaa kakkuu ayyin goftaa amalee dachadha sif haa baayyatuu jabadhuu jabduu kenyaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏dhugaa kara yesusin wantii nutii baduu tokko ilee hin jiruu kara isaa yero hundumaa nu gamchisaa ebbifamtuu ebbifamii👏👏👏👏👏👏
Yaadanii Mucaa Gooftaa Yesuus Eebbifamii Hafi!!!
Gooftan si haa ebbisuu yadoo koo asumaan matii naaf taa'i ebbifamtuu mucaa waaqayyoo.
Very nice song be bless i listen this song from Kenya.
yadoo nama eebifamtuu nuuf jiraadhuuyesuus moo'eerraaameenameeen
Itti siif haa dabalamuu ammas ayyani Gooftaa ammas
God bless u yado❤👍
YAADOO Waaqayyo barake guutuu haa eebbisu! Sirraa bareeda, sirraan argamas Waaqayyo.Yeroo hundumaa ulfinni kun siwajjin haahafu!
Wow 😀😘😘Good voice with pretty face. May God bless you.Keep it up yaadoo
Amen nagamachisa cal jedhe nafarfachisa Afuurrisa elelelelelelelelelelel Simbo qabeetti bareeddu baay,ee Eebbifami u
Thank you also again God bless you !!!!!!!!!!!!!
May God bless you my beloved sister, Yado.
Jaabadhu qaaxale mucaa waaqayoo!
Wow Eebbifami Yaad! Kana caalaa baayee hojjechuuf potential guddaa qabda. Yeroo yeroo tti worship gadhiisi nama baayee tu ittiin fayya ukkaamsiteen taa'iin. Kan kees faarsi nu biraan gahi.
Ameen eyyee isatan gammade kanaf nagammachisa ebbifami Madda gammachutu siif Gale 💞
Yadoo Beredduukoo Ebbifami!
Dhugaa dubchuf ati nama jabdudha Waaqayyo si ha ebbisu!!
Ergaa Dinqiidha Yadoo Jabaadhu
Anchi yetabarakshi nashi tsagawu yicamarilish ❤🥰❤🥰🥰❤❤🥰❤🥰❤❤🥰❤❤🥰🥰❤🥰🥰❤❤
Yaadee Eebbifami ayyaanni siif haa baayyatu
Yaadii koo, eebbifami
Yaadoo dhugaa ayyaanni siif ha baay'atu
Ittii ebbifameera ammallee dachaa si'a eebbisu Yaado
Ishoo ishoo...Jabaadhu,Ayyaanni siif haa baayyatu
Ameen Ameen Ameen Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii abbanii Kenna immoo waqayyo kenyaa haa ulfaatuu
Yesuus yesuus jedha jireenyikoo❤❤❤❤🎉🎉🎉Guddaa eebbifami yaadoo ayyaanni siif haa dabalamu❤❤
wowow ebbifamii qaxalee mucaa kakuu
WOW wow nama waqayyoo ayyanii waqayyoo kana caalaa siifi haa dabaalamu.baay;ee ebbifamii. dhalootafi ammas bu'uura ta;ii argamii. sagaalee wal irra hin ciinee dhaga;ii ammalee.ulfaadhu. keessi koo sitti boqootera.
Eebbifamtuukoo ammallee dachaa 7000 naaf eebbifami! Simboo qabeetti keenya nuuf jiraadhu!
My lord Jesus Crist bless you you are truly God's child because you have forever or eternity life with lord Jesus our Saviour
Ufff amazing song. MayGod bless you
Yaado gudda Eebbifami! Bayyee si jaaladha
Faarfattoota qabnu keessaa Dubara jabduu bara kanaati ati dhugaa eebifami faarfannaa kanatti hedduun eebbifame🥰
Ameen Ameen Ameen Eebbifami Eebbifamii Eebbifamii dachaa yaado mucaa kakuu darbii deemii maqaa yasusiin✝️💕🎤👏👏👏
❤🧡💛💚💙💜🤎🖤💔🤚👋
Eebbifami yaado faarfannaa ajaa’ibaati dhugaa!
Waaqayyo Saa eebbisuu dabalee daddabalee. Ayyaanaa caalu siif haa kennuu
Ameen Eebbifamaa EebbifamaaYadaani koo Eebbifamii eebbiifamtuu mucaa kakuu
Wowowow farfannaa dhagahafatee hin quufumaa uuuuufffeee naa baqaadheer ❤❤❤❤❤❤❤ yaaddaanii too naafii jiraadhaa kaa
Ebbifami barrike ha latu lati dagaagi kana jaalaa fr bayye namatti toludha itti ebbifameera ani❤❤❤
Gooftan koo si haa eebbisu humna hafuura qulqulluu of keessa qaba.
Yesuus yesuus jedha fooliinkoo, yesuus yesus jedha mannikoo,isa fooliinkoo
Baay’ee ittiin Eebbifamne! Ammayyuu AYYAANA isaa siif ha dabalu 🙏🏼! Haadha Shumbee
Eebbifami yadani ammayyuu burqichaa kununsii !!
I've listened to this song more than 10 times. but, every time I listen to it, it’s like something new . I was very blessed with it. may God bless you more and more!! Yadeni.
1FfD.aXkssㄹㅌㄹㄴ키😢🎉🎉🎉
yaadoo Gooftan ayyaanasaa siif haa baayisu. guddaa eebbifami eebbifamtuu koo ❤️🌹Ammayyuu kana caala bara kee Guutuu gammadaa jiradhu!! My favorite songs!!
I'm from Norway🇳🇴 but I like Oromo gospel song, God bless u
Lattu tube mati nafi tayi anis sifi taha lubu
@@almiyoutube Atillee subscribe godhii❤️🙏🏿
@@lattuutube582 tole qali to comati nafi baresi yo dhufte
😍🤙👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
@@almiyoutube h
Let it be for the glory of God!!! Good song may God bless you.
Yaduu bareduukoo Waaqayyoo sa ebbisuu ebbifamii dachaa 🥰👏
Ameeeen haleeluuya Jireenya koraatti Yesus mo'eera ani kan isaatii.
Eebbifami Yaadooo
“Isin ilmaan isaa ta'uu keessan argisiisuudhaaf, Waaqayyo hafuura ilma isaa isa, "Abbaa, abbaa" jedhee waammatu garaa keenya keessatti erge.” - Gal. 4:6
Ameen ebbifamaa 🥰
Here things are apparently healthy. I will remain thanking God for your blessed presence. Just thank you and may God remain blessing you.
Waaqayyoo si haa Eebbisuu!
Ameeeen Ameen ameeen iiiilii iliiiliilililii situ godhe mana koo diree gaalata,ebifama,
thank you all family
SUBSCRIBE
th-cam.com/channels/RDiKkJbdqnNFO_G6xgYugA.html
Ebbifaam lidu koo
this is my favorite song I listen to it every day I am 11 years old
YAADANII(Yaadoo)dhugaa akka qofootti jireenya namaa barabaraaf hordee dhaabee shororkaa'uu irraa nama boqochiisutu siif ife waan ta'eef keessatti of eegi.Faarfannaa karaakee naaf Yesus biraa naaf hiixatame kanaan guddaa eebbifameera kana caalaa ayyaanni siif ha baay'atu.
Sab,tasiseen jiraa.atis kootu
8jĩĭ8i6😄😄😄😄😄😄😄😄😄
Amantii koo Orthodox dha garuu farfanaan kuni abjuudhan naati dhufe, ergaan kee bodaa yoo xiqatee yeroo 10 ol dhagefadhe. Hundaafuu farfanaa bay’ee gariidha❤
Jireenyi ,karaan yesus kiristosin maalee hin jiru kottu sii waqqeeffadhu
Very nice
Eebbifamtuuko haadha kennaa baay'ee
ebbifamii guddaa ayyaanni isa sif haa baay'atu akkas kunoo faarfaannaa waqayyoon ibsu farachuun Fakkeenyummaan kee itti haa fufu..
Wawoo yaduko ebiifamii sagalee bayee namaa jabesutuu si kesaa bahaa waqayoo kanumaan calatii ayanasa sif ha dabaluu
I'm from Somalia ilove my Saviour Jesus Christ 🙏🏼❤️
And God bless my brother's and sisters in Christ all
are u somalia or somalian😅
@@Dumm_iesthat’s not important here is it? Focus on the bigger picture
God bless you brother in Christ welcome to the most high kingdom. Love to see all brothers/sisters in Christ from all race and background.🙌🏻🙌🏻
❤❤❤❤❤❤
Yaadoo dachaadhaan eebbifami
Ameeeeeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuuuuuufffffffff bayyee nama ebiisaa farafaaniichii yahoo ebiifamii kan calaa ayyaannii farafaan siiraati haa dhagaaluu
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍Ameeeeeeeeeeeeen
Ebbifami jabaadhu itti fufi giifitikoo haleluya yesus gooftaadha haleluya❤❤❤❤❤
BAAYEE GAMMANNEE NUS GALATOOMA ISIINIS QOPHESSITOONNI FARFFANNAA KANAA HUNDII KESSAAN
dansaadha.continue more language...... jajjabaadhu
#eebifami aboo
ትርጉሙን ባላቀውም ኣለመባረክ ግን ኣልቻልኩም ኣንዱ መንፈስ ጠጥተናልና❤❤❤❤🙏
Waanti nati badee hin jiruu
Karaa yeesuuskoo.
Eebifami bareedduuko
Ergaa irraa hin darbinedha Eebbifamteetta jabduu Keenya, Ayyaannisaa dabalee siif haa baay'atu!
Nuuf jiraadhu yado!
Eebbifami yaaduu koo
waaw bayy'ee namatti tolaa waqayyo sii haa ebbisuu🙏🙏🙏🙏
I am from Afghanistan but I love oromoo gospel songs 😋
Praise God welcome to the most high kingdom!
so whats diff being Afghanistan or somewhere to listen the lang u know obbole Wondemu?
Waaqayyo si haa eebbisu. Ayyaana amma kana ga'u inni siif baayise Yesuus maqaan isaa haa ulfaatu.
Jabdu nama nuf jiraadhu!!
Wow Amenn Amenn Amenn!!!! Gooftaan kana Caala ayyaana isaa siif ha bayy'isuu dacha naaf Eebbifaami bareeduu koo Yadi koo❤️❤️❤️❤️❤️❤️👍 Oobboloota koo hundii keessaan Eebbaaf ta'aa barbadaama jabaadha Yesus ni dhufa!!❤️❤️🙏🙏👍👍
Ammayyu eebiffami eebifamtuukoo..
Ameeeen Ameeeen Na gamachisaa Afurii waqayyoo Ebbifamii dachaa dachaa🙏🙏❤❤❤😘😍😍
waqayyoo isn haaebbisuu faarsaa baayyee nama gamachisuudha.
Eebbifamteerta yaadoo keenya aayyaanichi siif haa baay.atu
"Farfannaa bareedadha"
Baay'ee itti ebbifameera!!!!
Nagammachiisa akumaa jettee, Waqayyoo jireenya kee,sammu kee, qalbii kee fi ebba kee irratti haa gammaddu,hamman fi jalaan akka sii minnef harkii waqayyo sirra hinfagatiin!
"Jabadhuu"daandii bareedattu fuula kee duraa jira!
ishoo eebbifami bareedduukoo kennaa sirra kaaeef waaqayyoof galanni hata'u
Gooftaan si yaa eebbisu Faarfattuu Yaadanii !!!Macaafa Qulqulluun giddugaleessi isaa kiristoos.Atis Isa faarfatte.
Be Blessed My Sister God Bless you Abundantly❤
Wow Eebbifami😇 hujii Dansaa hojjattee👏
Elias Berhanu Atilleen Eebbifami
Eebifami
Praise the Lord keep glorifying the Almighty God with more worship songs. Nothing is as pleasing as serving the Lord! God bless you!
I'm from Nairobi
Amazing song god bless you yaadaako
Yaadoo ko, Waaqayyo guddaa godhee siin haa eebbisu. ati mucaa gooftaati. adaraa kanan siin jedhu waa'ee kee waan hamaa dhaga'uu hin barbaadu. cimtee ayyaana waaqayyoo kadhachuun hojii gooftaa kana keessatti of eegi. jabaadhu gooftaan sii wajjin haa ta'u.
Waw Yaadoo koo eebbifamtuu koo Ayyaana qabeetti koo,wqy hafaa barakee haa eebbisuu
Ati Kilaashii keenya! jabduu, sibiila, lafaa dhuftuu, onneen gaara! Karaa amma akka gad hin dhiisne! Tajaajila kee kallattiin kanan hirmaadhee si arge, Haramayaatti! Galatoomi Guddattuu koo qaali! Hamtuun si hin argin! isa sitti kenname jabeessii qabi!
Ebbifami dachasaa waaqayyo waqaraa sin haa ebbisuu
Wow Yaado Waaqayyo inni Ayyaanicha kenne siinis nuuf kenne Haa ulfaatu!!!
Eebbifami!!!
በጣም ነው ድምፅሽ የሚያምረው, Gooftaa isin haa eebbisu
Amen ebbifami yaado faarfana bareeda nama eebbisu ayyannii waaqayyoo dacha sirratti haatauu
Baay'ee namatti toltu. Waaqayyoo dachaa dachaan isin haa ebbisu❤❤❤❤❤❤ AMEEEEEEEEEN!!!!.......
I❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Ethiopia songs. Soooooo much
Akkas yadoko dibamtuu dha dhugaa ati
God bless you Yadeni, it’s a beautiful song. Keep making music for Christ.
Ameen Ameen waaqayyoo dachaan sii haa ebbisu ebbifami hadhoo koo
Gara tiktookiti baayye hojjedhu,Hojii miidhaga akkasiis dabali kottuu(Nagamachisa wooo)
Ameen Ameen gooftaan ayyaana isaa kana caalaan Siif haa baay'isu
Ebbifamtuu koo hubatuu koo Ameeeen ebbifamii mucaa kakkuu ayyin goftaa amalee dachadha sif haa baayyatuu jabadhuu jabduu kenyaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏dhugaa kara yesusin wantii nutii baduu tokko ilee hin jiruu kara isaa yero hundumaa nu gamchisaa ebbifamtuu ebbifamii👏👏👏👏👏👏
Yaadanii Mucaa Gooftaa Yesuus Eebbifamii Hafi!!!
Gooftan si haa ebbisuu yadoo koo asumaan matii naaf taa'i ebbifamtuu mucaa waaqayyoo.
Very nice song be bless i listen this song from Kenya.
yadoo nama eebifamtuu nuuf jiraadhuu
yesuus moo'eerraa
ameen
ameeen
Itti siif haa dabalamuu ammas ayyani Gooftaa ammas
God bless u yado❤👍
YAADOO Waaqayyo barake guutuu haa eebbisu! Sirraa bareeda, sirraan argamas Waaqayyo.Yeroo hundumaa ulfinni kun siwajjin haahafu!
Wow 😀😘😘
Good voice with pretty face. May God bless you.
Keep it up yaadoo
Amen nagamachisa cal jedhe nafarfachisa Afuurrisa elelelelelelelelelelel
Simbo qabeetti bareeddu baay,ee Eebbifami u
Thank you also again God bless you !!!!!!!!!!!!!
May God bless you my beloved sister, Yado.
Jaabadhu qaaxale mucaa waaqayoo!
Wow Eebbifami Yaad! Kana caalaa baayee hojjechuuf potential guddaa qabda. Yeroo yeroo tti worship gadhiisi nama baayee tu ittiin fayya ukkaamsiteen taa'iin. Kan kees faarsi nu biraan gahi.
Ameen eyyee isatan gammade kanaf nagammachisa ebbifami Madda gammachutu siif Gale 💞
Yadoo Beredduukoo Ebbifami!
Dhugaa dubchuf ati nama jabdudha Waaqayyo si ha ebbisu!!
Ergaa Dinqiidha Yadoo Jabaadhu
Anchi yetabarakshi nashi tsagawu yicamarilish ❤🥰❤🥰🥰❤❤🥰❤🥰❤❤🥰❤❤🥰🥰❤🥰🥰❤❤
Yaadee Eebbifami ayyaanni siif haa baayyatu
Yaadii koo, eebbifami
Yaadoo dhugaa ayyaanni siif ha baay'atu
Ittii ebbifameera ammallee dachaa si'a eebbisu Yaado
Ishoo ishoo...Jabaadhu,Ayyaanni siif haa baayyatu
Ameen Ameen Ameen Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii abbanii Kenna immoo waqayyo kenyaa haa ulfaatuu
Yesuus yesuus jedha jireenyikoo❤❤❤❤🎉🎉🎉
Guddaa eebbifami yaadoo ayyaanni siif haa dabalamu❤❤
wowow ebbifamii qaxalee mucaa kakuu
WOW wow nama waqayyoo ayyanii waqayyoo kana caalaa siifi haa dabaalamu.baay;ee ebbifamii. dhalootafi ammas bu'uura ta;ii argamii. sagaalee wal irra hin ciinee dhaga;ii ammalee.ulfaadhu. keessi koo sitti boqootera.
Eebbifamtuukoo ammallee dachaa 7000 naaf eebbifami! Simboo qabeetti keenya nuuf jiraadhu!
My lord Jesus Crist bless you you are truly God's child because you have forever or eternity life with lord Jesus our Saviour
Ufff amazing song. MayGod bless you
Yaado gudda Eebbifami! Bayyee si jaaladha
Faarfattoota qabnu keessaa Dubara jabduu bara kanaati ati dhugaa eebifami faarfannaa kanatti hedduun eebbifame🥰
Ameen Ameen Ameen Eebbifami Eebbifamii Eebbifamii dachaa yaado mucaa kakuu darbii deemii maqaa yasusiin✝️💕🎤👏👏👏
❤🧡💛💚💙💜🤎🖤💔🤚👋
Eebbifami yaado faarfannaa ajaa’ibaati dhugaa!
Waaqayyo Saa eebbisuu dabalee daddabalee. Ayyaanaa caalu siif haa kennuu
Ameen Eebbifamaa Eebbifamaa
Yadaani koo Eebbifamii eebbiifamtuu mucaa kakuu
Wowowow farfannaa dhagahafatee hin quufumaa uuuuufffeee naa baqaadheer ❤❤❤❤❤❤❤ yaaddaanii too naafii jiraadhaa kaa
Ebbifami barrike ha latu lati dagaagi kana jaalaa fr bayye namatti toludha itti ebbifameera ani❤❤❤
Gooftan koo si haa eebbisu humna hafuura qulqulluu of keessa qaba.
Yesuus yesuus jedha fooliinkoo, yesuus yesus jedha mannikoo,isa fooliinkoo
Baay’ee ittiin Eebbifamne! Ammayyuu AYYAANA isaa siif ha dabalu 🙏🏼! Haadha Shumbee
Eebbifami yadani ammayyuu burqichaa kununsii !!
I've listened to this song more than 10 times. but, every time I listen to it, it’s like something new . I was very blessed with it. may God bless you more and more!! Yadeni.
1Ff
D
.a
Xkssㄹㅌㄹㄴ키😢🎉🎉🎉
yaadoo Gooftan ayyaanasaa siif haa baayisu. guddaa eebbifami eebbifamtuu koo ❤️🌹
Ammayyuu kana caala bara kee Guutuu gammadaa jiradhu!! My favorite songs!!
I'm from Norway🇳🇴 but I like Oromo gospel song, God bless u
Lattu tube mati nafi tayi anis sifi taha lubu
@@almiyoutube Atillee subscribe godhii❤️🙏🏿
@@lattuutube582 tole qali to comati nafi baresi yo dhufte
😍🤙👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
@@almiyoutube h
Let it be for the glory of God!!! Good song may God bless you.
Yaduu bareduukoo Waaqayyoo sa ebbisuu ebbifamii dachaa 🥰👏
Ameeeen haleeluuya Jireenya koraatti Yesus mo'eera ani kan isaatii.
Eebbifami Yaadooo
“Isin ilmaan isaa ta'uu keessan argisiisuudhaaf, Waaqayyo hafuura ilma isaa isa, "Abbaa, abbaa" jedhee waammatu garaa keenya keessatti erge.”
- Gal. 4:6