JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 5 ต.ค. 2024
- Farfana Afan Oromo 2024, Faarfannaa haaraa 2016, oromo gospel song, oromo Protestant Mezmur 2024, faarfannaa afaan oromoo haaraa 2023, faarfannaa durii, oromigna mezmur, oromo mezmur, Faarsaa Haaraa 2024, Addisuu Waayimaa, Faarsaa afaan oromoo durii,
- เพลง
Namaatti tola
Galatoomaa Father 😀😀❤️❤️❤️
Tebareke yene wede wendeme.....🙏
For me allso brother 🤭😄😄😄@@Tamagn
My brother 😄😄😄
Wow farfana hin qufaamne🎉🎉🎉🎉
እልልልልልልልልልልልልልልል እስይ ጌታ ሆይ በሁሉ ቋንቋ ስትመሰገን ደስቴዬ ነው❤❤🎉🎉❤🎉ትርጉም በአማርኛ ኮመት ላይ ብታሰምጥልን❤❤❤በብዙ ተባረክ ወንድሜ❤❤❤❤
የጌታ ጸጋና ምህረት ይብዛልሽ/ህ
@@MrGIG2012 bro ewunet new geta bicha yimelek ye kuwanka liyunet ayileyayenim kibrun yiwused.
ታማኝ በጌታ ወንድማችን ተባረክልን ትርጉሙ ባይገባንም አቤት በመዝሙርህ መንፈስቅዱስ አረሰረሰን ተባረክልን ይጨምርልህ መስማት ማቆም አልቻልንም ።መቼም የድምጽህ ነገር አይነገር እግዚአብሔር ለራሱ ስለተጠቀመበት ጌታን ስለ አንተ ባረኩት ወንድሜ ። እባክህ ትርጉሙን ብትገልጽ ወይም በአማርኛ በትዘምረው አብረን ገታን እናምልክ ።እንወድሀለን
🙏🙏
እሺ ትርጉሙን በአማርኛ እጨምርበታለሁ
እፎይ ነብስን የሚያረሰርስ ወንድሜ ባንተ መዝሙርነብሴ ረሰረሰች ጌታእየሱስ ክርስቶስ አብዝቶ ይባርክህ እሰይእልልልልል ሃሌሉያ 🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💒💕💕💕💕💕💕💕💕💕♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
ታማኝዬ ተባረክ🙏🏾 and an amazing መዝሙር🔥🔥I couldn’t stop listening i’m sure many others the same.🔥🔥🔥🥰🥰
Me to ❤
What a beautiful voice this Brother has. One of the best voices I've ever heard. And he uses it for the Glory of our great God and Savior Jesus Christ.
Its true
Yes it's amazing voice
th-cam.com/video/Km8InwKRY3E/w-d-xo.htmlsi=k5PkhRzT6Yz4rsJu
God bless you I am over joy by reading your comment
❤
የሚገርም ድምጻዊ ነው. ተባረክ ልጄ.
የማይጠገብ መዝሙር.
ጌታ አብዝቶ ዮባርክህ🙏🏾🙏🏾🙏🏾
Waaqayyo abbaan koo dachaa si haa eebbisu eebbifami Ayyaana isa sif haa baay'iisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤baay'ee namatti tola🙏🙏🙏🙏🙏
No matter who you are, where you are in this world, we all need JESUS!!!
We all need Jesus,Amen!
Thanks for your message.
Yes bro! All we are in Jesus thank you!!
Dhugaa waqayyoo dhalootta bubbee kanaafi barnoota gudda dha ❤❤❤ waqayyoo sii wajjiin Haa ta'uu hamtuun siin argiin amma iyyu...
ተባረክ , ቋንቋውን ባልናገረዉም አምላኬን ሰለማወድስ , እየሰማሁ አብሬ እዘምረዋለሁ, ግን በአማሐረኛም ብትዘምረዉ አብዛኛዉ ሰዉ ፈጣረዉን አብሮ ይወድሰበታል
አማርኛ መዝሙሮችም አሉት
Learn oromic more
@mamu98 lol Latin 😝 we don't need that's many good for you guys, not for me ( the only one in Africa, we have won language with won spelling ...! ) 😉
@@helugjoy81 am from canada i learn and enjoying it so best for you if you will learn language more not politics bro. GOD BLESS YOU AND HIM
@@mamu98 😝😝😝
Ulfinni kan Yesuusi!! Eebbifami Waaqayyo Gooftaan si haa eebbisuu 🥰🥰🥰
Every word of this song is so touching. Amazing worship song. God bless you Tamagn.
ትርጉም እባካችሁ ጻፉልን በየቀኑ እየሰማሁት ነው በመንፈሴ እባረክበታለሁ
እረ እባካችሁ ተርጉሙልን
What an anointed man of God!! May God bless you more and more brother.
እጅግ በጣም የተባረከ ወንድም ነው።በምዘምራቸው መዝሙሮች ሁሉ ልቤ ይረካል።
ሁሌ ተባረክ ወንድሜ።ያንተ የሆነው ሁሉ ይባረክ።
Yeroo baay'ee faarfannaan ati faarfattuu faarfannaa durii dha BTW Hafuurra keessa galtee waaqeessitta Gooftaan si haa Eebbisu❤️🩹😊👏
ጌታ ኢየሱስ ይባርክህ፡መታደል ነው ለሱ መኖር ስሙን ማክበር ይብዛልህ በረከታችን ነህ
Esey esey Amen! My brother in Christ, you are blessed with amazing voice, melody, and message! May God shower you with more heavenly blessings!
Yeroo amma kana sirbaaf raganni nu rakkiseera!
Kan barbaadamuu garuu soora lubbuu faarfannaa akka kanati!
Waaqayyo si haaeebbisuu jabaadhu dhugaa naman baayyee jaalladhudha ati!❤
Farfannaan kun foonif lafee koo keessa dhangalun na gammachise eebbifamii nama waaqa!❤❤❤
❤
Ameen Ameen Ameen halaluyyaa Ashoo❤
Dacha Eebifami!!!!!!
❤
❤❤❤❤❤❤!!!!!!!!!!!!!
Ameen Ameen ebbifama waqqayoo isin haa ebbifamu,,, abban farfanicha waqqayoo kenyaa haa ulfatuu🌹🌹
Geta eyasus zamanehen Hulu yebarek zemarewochehe Hulu yebarekalu ante teleyalek ehe tsaga ayewasadebik tam❤❤❤❤
Maloo farfannaa kanaa dhagefadhee qufuu dadhabbee far, jirenyaa namaa boqqochissuu uuuuuffffeeeee Yesuus haa ebbifammuu innii ayyanaa kanaa sirra ka'ee Yesuus yesuuseee haa ulfatuu maqaan kee❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
I am listening to this song all day and night continuously. May God bless you with his abundant blessings.
Faarfannaa fi ibaadaa guutummaatti bareedaa!!! Haleeluyyaa!!! Galata hundaaf kan malu si qofa yaa Gooftaa!
ሙሉ የቤታችን መዝሙር ነዉ ። እግዚአብሔር ይባረክ።
I love this song! The way this guy sings it is awesome. His voice is so attractive that I listen to it repeatedly because of its appeal.
Amen amen farfannaa akkas sii yero dhagefadhuu lubbun koo akkasheen gammaduu Ebifamii ,,,tabarek
Tame baay ee si jaallanna dhugaa utuu yeroo yerootti nuuf hojjette b nutti tola u are blessed men
Tame Ebbifamii Goftaa koo barafii jirenyaa kee haa Ebbisuu Ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤Ulfaadhuu Yesuus Maranataa si'iin boqonaa koo Ameeen Amen Amen ❤❤❤❤❤
Michuu Amanamu atu naaf tatee Nagaadhani jiraadha Sirratti of gate Ulfaadhuu mootii motaa Koo Yesuus koo 🙏🙏🙏🙏🙏❣️❣️❣️💕💕💕💕💕💞💞💞💞
Farafana baayyee namaa boqachisaa Ulfaadhuu Yesuus koo❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉
Gooftaan dabalee daddabalee si haa eebbisu faarfannaa kee kanaan baay'een ittiin eebbifame!🖐️🖐️🖐️
Ulfaadhu Iyyesuus si'iim boqonnaan koo Ameen Ameen Ameen
I don’t understand the word but I feel holy sprite bless you
Yes, it is a spiritual song
He say 👇
My god is power full
Whe he look me
My Legg Will be strong
Glory to God bcs
He is my rest!!!
Not knowing what he is saying I was obsessed too Thankyou for the translation@user-mz2kf7mf5d
Blessings and mercy be for you from Jesus our Lord and God the Father!!!!!!!
I understand fully and deeply but can't help myself I am addicted to this song. It's been a while since it became like a daily pill for me. Thank you Lord for this brother and your Gift of Holy spirit!
Ebbiifamii nama waqayyoo goftaan baraaf jirenyaakee ha ebbiisuu🙏🙏🙏🙏
Please do more of oromiffa songs with lyrics. God bless!
❤❤❤❤❤
👍👍👍👍👍👍👍👍
Ameeen...What a powerful song❤
God bless you abundantly!
Ebbifamii God bless you and your family 👍👍🌷🌷🙏🙏🙏
Uuuuuffeeeee Man of God, I haven't any word to express your everything. Eebbifami Tame. Manni guutuun dhaggeeffannee quufuu dadhabe,ittis eebbifamneerra.
This video I watched this video so many times I have lost count Glory to my Jesus My Jesus bless you from Heaven.
Amen!!!! Hallelujah
Baay'een ittiin eebbifame!!!🙏😭🙏 Waaqayyoo baraaf jireenya kee haa eebbissu. Amma illee Burqaan faarfannnaa mana keetii haa burquu!!!!
የምወድህ ወንድሜ ታማኝ ዘመንህ ብርክ ይበል ስትዘምር ማደመጥ ደስ ይለኛል እግዚአብሔር በብዙ ይባርክህ ፀጋ ይብዛለክ 🥰🥰🥰🥰🥰
Just God bless u❤ what an beutiful voice
Uuuuuuufffeeee yesusee koo bay'eee ittiin ebiffamee FARFANNAA kanaa waqayoo goftaan baraaf jirenyaa kesaan haa ebbisuu❤❤❤❤
አቤቱ አንተን በሁሉም ቋንቋ እናመሰግንሀለን
ሲ ፋን ቀባኪ ገላታ
ተባረክ
This is the best of the best.i have heard many songs of tamagn muluneh and they are the best.I love his voice so much that I wish if my voice was like him
what a blessed Voice !!! ...your songs are my energizer
Ayyanni waqayyo hafe sirraa hajiratuu ❤❤❤🙏🙏✅✅✅
Eebbifama nama waaqayyoo baraf umurii kee haa eebbisu!❤❤
I don't understand Afanoromo but this song touch my heart all the glory to be our father Lord ❤️temagn you are blessed 👏👏❤️
Ebbifamii Tame! You are really Library of Songs! To God be the Glory!
Faarsaa keetiin guddaa eebbifameeraa gooftaankoo guddisee si haa ebbisuu ayyaana isaas siif haa daddabalu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Amazing worship with Amazing voice God bless you bro!!!!!!
I can't stop listening!!
You are blessed
Ameeeeeeeen. Galatakee Iyyasuuskoo. Ebbiifamii Waaqayyoo Diibata isaa siif haa daddabaluu...
What a song... Waaq si ha Eebbisu Taammee
Wowww....keessoo koo jiise ameen ameen....amazing bro! May God bless you in his mercy❤ keep working🙏 I can't be stuffed hearing this voice.
AMEEEEEEN AMEEEEEEN
AMEEEEEEN AMEEEEEEN
AMEEEEEEN AMEEEEEEN ❤
Ayyaani Waaqayyoo siif haa baay'atuu obboleessa koo ❤🙏🥰
Farfana kan dhageefadhee quffuu dadhabeee.
Ebbifmaa maqayesuniii.
Kunumaa calaa ayyannii waqayoo dachaa sii irratiiii haaa bayyatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤.
Nuf jiradhaaa. Nuf jabbadhaaa❤❤❤❤❤❤❤
I haven't found anyone yet who can sing this song with such an anointing, thank you
Stay blessed! Thank you for bringing such worshiping songs that renew my soul everyday.
Stay blessed Tamagn reminded me of my childhood memories especially Jalalii kee nara darbe at the end 10:41
❤❤❤
Maaloo waaqayyo bara kee haa eebbisu! Taammee ❤❤❤❤
Ati dhugumaan dibamteetta.simboo fi ayyaanni gootichaa ofuma isaa sirraa calaqqisa.
Jabaadhuu itti fufi!
My favorite one singer Blessed ❤❤❤
wow... faarfannaa gaari.. wow... jiraadhu. barri kee haa eebbifamu bara 2017 kanattis faarfannaa kana fakkaatuufi jireenya namaa gara waaqayyootti siiqsani hedduun si eega. waaqayyo bara kees haa eebbisu
Waaqayyoo si haa eebbisu, farfannaa kanatti guddaan eebbifame❤️🙏
Akkanatti tasgabiin faarfatama Waaqayyoo waaqa tasgabbiiti hoo!! god bless you bro
AMAZING WORSHIP ,...GOD BLESS YOU MORE BY HIS GRACEFUL!
Ulfinni isaa Yesuusi
Ayyaanni siif haa dabalamu!
Faarfannaa nama boqochiisu🙏
Waaqayyo heeddu siin haa eebbisu haadhoko. Ayyaanisa Kanaan olitti siif haabaayyatu.
Igiziyaber yibarik stegawu yabizalik alfek hid 📖📖💪💪💯💯🌾🌾🍇🍇🍒🍒🙏🙏❤❤❤❤
Kun foonii fi dhiigarraa osoo hin taane, ol waaqarrraa hafuura isa jiraataa irraa waraabame.
Eebbifami obboleessa qaalii❤❤❤❤❤
Wawo ebifamaa nama waqayoo farfanaa isin farfataniti bayeen boqodhaa 😢😢 ebifamaaa goftaan inii ayanaa isinif bayisee ha ulfatuu
Ammen Ammen Ammen Ammen waqayyoo kanan calatii ayyannaa isaa sii irraati haa dhangalasuu ebbifammaa nama waqayyoo farfataa tamu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
ታሜ ዘመንህ ብሩክ ይሁን እኔስ እንዴት እንደምባረክብህ ውድድድድድድድድ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤
I am in love with this song can't stop listening ❤❤❤
Ameen Ameen, Guddaa Galatoomii Ulfaadhu, Waaqayyoon Sii Haa Ebbisu 🙏
አግዚአብሔር አብዝቶ ፀጋውን ያብዛልህ ሰምቼ አልጠግብም ዘመንህን የሰጠውን አግዚአብሔር ይባረክ 🙏
Ameen ameen waqayyoo siha ebisuu
Ayyaanaa isaa sif ha baayisuu
Jirenyaa barabaraf siha qophessuu❤❤
Farfanna kana guyya guyyaati osoo hin dhageefatin olle hin beeku hin quufamu dhugaa ❤️❤️
Ameeen Ameeen❤❤❤❤ Jabaa Yaa'iqoob Sii Haa Galatu ❤❤❤❤ Eebifamiii Bro💕
Ajab yaa jabaa koo...Eebbifami nama Waaqayyoo
Waaqayyoo Guddaa Si Haa Eebbisu
Nuuf jiraadhu jabaa koo! waaqayyo bara kee haa eebbisu
Yesuus dhufeeraa gara koo....
Dhufees Fayyisee miidhama kooo.....
..
Elelelelelelelelelelelele!!!!!!!
God bless you!!
A rising singer! Keep it up shining!
Beautiful ward ,Beautiful voice ,press God ......fruitful job.
Ameeeeenii Ameeeeenii Ameeeeenii Ameeeeenii ebifamaa nama waqayoo barafii jirenyaa kesanii habesuuu ayyanaa isaa isinifi habayisuu dadabalee 🥰📖🙏🙏🙏🙏🥰🥰😁
Gooftaan bara kee hundumaa si haa eebbisu.❤❤❤❤❤
I have no Words may God bless bless bless you Brother
Guddaa Eebbifamii
Uuuffffee dhaggeffadhee quufuun dhadhabee Eebbifamii Farfattoonnii hundu utuu Tasgabiidhan Hafuuraan Gaggeffamani farfachuu sirraa baranii maal qabaa Waaqeeffanna Hafuuraan waaqeeffatamuu dheeboonnee😢😢😢
Wwwwwwoooooo waaqayyoo siin haa Eebbisuu Eebbifama Eebbifama nama waaqayyoo
Kana farsaan bayyee ❤❤❤❤❤❤🎉
Wooow! What a beautiful Song! GOD bless you my brother.
በጣም ምርጥ እኮ ነህ ታሜ❤❤❤ Leenca namaa Gooftaan hanga dhumaatti jabinaa isaatiin si haa haguugu. Akka nu eebbistetti E❤EB💚IF❤A💚M❤I❤❤
በጣም ደስ የሚል መዝሙር ነው ነገር ግን ትርጉም ...❤
My God, You really blessed i galanni ken keetii Eyesus Be blessed everyday to worship our Lorde Almaty
Uuuuuuuufffee Waqqayoo bara fi jireenyaa keessan yaa ebbisuu ayyanna isa isinnif haa bayisuu goftaan ebbifama ❤❤❤❤
What a beautiful a powerful song God bless you more my brother
May god bless you more 🙏🙏🙏
Uuuuuuuuuuuffffffffeeeeeeee ebifaamaa ebifaamaa nama waqaayyoo goftaan ko dachaa dachaadhaan isin ha ebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuufff waqaayoo baraaf jirenyaa keessaanii haa ebisuu maqaa iyesuni Ebbifaamaa ❤❤
Abundant blessings brother! I can't have enough of this song!
Ajab ya jabaa koo!!! Amen.