ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Yoossee Ebifami waqayyoo sii yaa hebissuu Bay'ee Bay'ee Bay'ee Nattii tollee farfanan kee dhigaa koo
Faarfannaa afuura namaa haaressuu dha. waaqayyoo ayyaanicha jireenya bara baraa dheebotu kana siif haa dabalu ammayyuu EEbbifami
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen eebbifamaa eebbifamaa maqaa yesusin
Waqayyoo barafii jirenyaakee haa ebisuu ❤❤❤❤
Nama Waaqayyo "Waaqayyo Ayyaana isaa siif haa baay'isu" hamma dhumaattis si waliin haata'u!!!!!!
thnks singer Yosef Ofkala I LOVED your singe . DO so much other we are respecte you.
Waqayyoo sa ebisuu oboleessa koo ❤❤😅😅😅😅
Ebbifamii ayyanni waqayyoo dachaa sif haa baayatu ergaa guddaa qabaa nama qalbeefate dhageefatefi garuu osoo sochii akkasi akkasii kana fayyadamuu dhiisanii bareedaa dhaloonnii Hundinuu ebbifamii kana jechuu konni natti hin qabamina
Ergicha wajjin sochii hin adeemneedha osoo cal jedheetuma faarfateeyyuu ergaansaa ofumaa nama seena
Ameeeeeeen Ebiifaamaa Ebiifaamaa qaxalewanii koo uuuuufff gooftaa baarfii jiireenyaa keesanii haa ebsuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️😭😭😭dhalaa abaa koo dhuugaa faarfanaa kee dhaagefdhee quufuu naafii Ebiifamii 😭❤❤❤❤
Ameen Ebifamii
Yosef faarsaa keetiin waqayyo baayye nu ebbiseera waqayyo SI haa eebbisu jabaadhu ammayyu waqayyo SI haa gargaaru
waaqayyo baraaf jireenya kee haa eebbisu baay'ee si jaallannaa jabaadhu jabaa keenyaa
Waaqayyo bara tajaajilakee haa eebbisu. Faarfannaa ajaayibaati
❤
Ameen Ameen Waqayoo hanga dhumaati siii haa dhabuu ebbifimii
Ameen ulfaadhu yesuus koo 🙌👏❤Waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa ❤😍
Ameen!!!!! Jabaadhuu waaqayyoo sifaanaa haa ta'uu
Wow farfaanaa baay'ee namati tolu dhaa ebbifama obbolotaa koo 🥰🥰🥰🙏
Ifee natti muul'ata abdiin boruu Ameeeeeeeen hallelujah Eebbifami nama kakuu❤❤❤
Ammeen Ammeen ebbifamii ayyanii waaqayyoo dachaan siif haa dabalamuu ebbifama hundii keessanuu 💓💓🌹🌹🙏🙏❤️❤️
Uuuuufeeee malii farfanaan dhageefatamee hin qufamnee ebbiiffamii ❤❤❤
Ebbifamii gooftaan ayyaana caalu siif haa dabaluuuuuuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoo amma dhumaatti jabeese sii ha dhabuu ❤❤❤
Ijoolleen keenya ergaa aja'ibsiisa ta'een as ba'uu egalteettii sabnii koo saba Faarfannaa ta'a sichii
Wow waqayyoo sin haa ebisu
Ameen Ameen Eebifamaa! Waqayyoo siin haa ebisuu!
That is good song don't stop it
Yoosee congratulation Baayyee namatti tola Galatoomi Amezing realy
Guddaa eebbiffamii Waaqayyoo Ammaalee sii Haa gargaruu
Faarfannaa kana baay'een jaalladhe. jabaadhu obboleessakoo siif haa daddabalu kan kana caalu.
Eebiffamii Waaqayyoo sii haebissuu
Wowwww ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifamii yosee koo bayeen farsaa kettii ebbifamee
Jiradhuu Yoseekoo❤️
Ameen ameen ebifaami itti nuuf fufii dandiima kanara
EAmeeeeeeniWaqayokoHensuka
Ameen!!!!!!!! Ifee natti mullata!!!!
Ergaa guddaa nu biran gettee ebbiifamii obbolessaa
Ameen Ameen dhugaa eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii
AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN EBBIFAMAA DACHAA DACHAA EBBAF TAHAA ❤❤❤💕💕🤲🤲🤲🤲
Ameeeen ebifamii mucaa kakuu darbii demii
Amazing gospel song. Let God bless you!
Waaqayyo Dachaa lakku lakkuu isaa si haa eebbisuu
Ameeeeeeeenn ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ulffaadhu yeesuuusss ☝️☝️🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa
Dhugaa waaqayyoo Ergaa jabaa sikessaa jiraa itti fufii.haali sihin dhabbin
Faarfannaa kee baay'ee namatti tola,Nibarsiisa eebbifami.garuu daansii waan barbaachisu natti hin fakkaatu,Ati garuu itti fufi!
Dawit ulfina waaqayyoof ofirraa bu'ee sirbe jedhe barraa'ee jira.Mucaan sochii didee ture nudha Kan sochii keessa galche.Hin sirreessina
😭😘😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii godhiiiiiiiiiiii godhiiiiiiiiiiii
@@OLITFILMS isinika kan hawwisoodhaf carraa hojii uumaa jirtan? you know what you gonna to pay for this work!
@@ilaaltuofficialchannel171 Hin sirreessina qashti
Wow amazing song hallelujahWaaqayyo SI eebbisuu nama kaku
Ebbiifamii mucaa qaxalee kana😍😍😍😍😍😍
Ani jechayyuu hin qabu, barrikee haa eebbifamu, baga siif gale
Wow !!! Farfaana ajayibaatii❤❤❤❤❤❤👌
Wawuu!! God bless you abundantly!!!
faarfannaa baay'ee bareedaadha fellowship dirree dawaa irrattis tajaajilakee argeera Ayyaanni sirra jiru ammayyuu dachaan siif haa baay'atu
mee dhiisaa laakkii dhigasaan naa bitee gootaa agartuu barbadaatii ameen ameen
Ameen Ameen waqayoo bara kee haa ebbisuu
Wowwwwww ebifamii yosef muca kaku🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏👏👏📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖
waaqayyo baraaf jireenya kee haa eebbisu . utuu akkuma kee taahanii faarfatanii bareedaa ture
Eebbifami waaqayyoo si haa eebbisu
Me dhiisa lakkii. Ameen GBU
Nadheen Morma yaaftu kana farfannaa keetti lamata hin galchiin Nama Gooftaa.
Waaqayyoo barakee haa eebbisu muca eebbifamanan.
Waqaayoo si haa ebisuu.❤❤❤
Waqayyoo siiyaa ebbissuu
Ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ebbiiffami ebbiiffami ebbiiffami ebbiiffami ebbiiffami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa dachaa dachaan namoota waaqayoo ebaaf ta'aa maqaa goftaa yesusiin Ameeeeen Ameeeeen hallelujah🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰❣️❣️❣️🌷🌷🌷🌷
Amen ebifamii dachaa 🙏❣️
AMEEEN AMEEEN AMEEEN Eebbifamaa dachaa 💗 ❣️ ❤️ 🙏 🙏
Eebbbbiifffaaammmiiiiii dachaaa ❤❤
Abbaa gadummaaf nama/Jaarsa baayyee qabnaatii ati faarfataama sirrii nuuta'i maaloo baayyee sijaallanna
Ani fayyeera michuu amanamas argadheraameen ameen ameen ameen
Waaqayyoo sihaa eebbisu laphee nama cabsa
Uuuuuuuff farsaa kana baayyeen jaalladhee eebbifami
Waqayyo sii Haa eebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameeen AmeenAmeeen Ameeen Ameeen Ebbifamaa Maqaa yseus🌹🌹👏👏🤲🤲👏👏👏👏🌷🌷🌷🙏🙏🙏🙏🙏🙏💝💖💖💖💖♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Wel Come yosi Ameen Ameen ♥️♥️♥️♥️ Ebbiiffaamii
Baayee namatti tolaan
Wow❤❤❤❤❤ ebiffaami
waaqayyoo sii haa Eebbisu jiraadhu
Ebbifami.faarsaa faayyina keenyaa isaa ta'ee kristoosiin nu argarsiisa
Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen ililililililililil ililililililililil haleluuyaa Ebifaamaa namaa waqaayoo
Uuuuuuffffff Ameeeeeeeen ebbifamaa 🙏🙏🙏💕💕
Ameen Ameen Ameen ebifaamii dachaa ❤🙏🙏🙏
Ebbifami nama waaqayyoo
Ebbifamii ayyaanni sif haa baayatuu 🙏🥰
Powerful song God bless you!
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen tebarekuuuuuu
gooftaan siyaa eebbisu
yosee waqumti dabalee saa ebbisuuuuu
ተባረክ የእግዚአብሔር አምላክ ፀጋና በረከቱ ይብዛልህ።
God bless you!
Uuffffff maal faarfannaan kun❤❤❤❤
Ameen Ameen ebbifaami waaqayoo Si haa ebbisuu
Gid bless you more and more
Waaqayyo akkas siin jedhaJireenyakee hadhaa'e siifan mi'eessaa hin boo'inii!
Ebbifaami qaliyee ❤❤❤❤
Eebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ergaa gaariidha garuu Jireegni Barabaraa Dorgommiidhan utuu hinta'n kan argamu Hojii Iyyesuus qofatti amanuudhann yemmuu ta'u gonfoo mo'icha garuu kan arganuu dorgommi fiigicha amantii goonun ta'a.
Ammas irra deebitee itti yaaduudhaan ergaa inni dabarsu akkati hubattun fedha doctor
Hubadheera Jireegni barabaraa dorgommiidhan argama taanaan kirstos fannoo irratti du'un isaa maliif barbachisere ? Dorgommiin gonfoo figicha amantii kan qulqullummaa, kan gaarii gochuu, kan amanamuummaa, kan gioftaaf jetdani gatii kanfalanif dha..Jireenyi barabara Tola nuuf kenname . Kan argamus hojii gaggarii hojjechuudhan ykn dorgommii godhani mo'achuudhan ykn wan qaban hiyyessaf hiruudhan miti. Kirsoositti amanuudhan
nuuf jiradhu yoosee keenya eebbifami
My favorite
ebbifamaa dachaa dachaadhani 😍😍😍😍😍
Guddaa eebbifami. !!
Wooooow god bless u ❤️❤️❤️❤️❤️
Wowowowo 💔💔💔💔💔💔💔💓💓💓💓💓
Eebbifami Jocy❤❤❤
Wow eebbifaa
Yoossee Ebifami waqayyoo sii yaa hebissuu Bay'ee Bay'ee Bay'ee Nattii tollee farfanan kee dhigaa koo
Faarfannaa afuura namaa haaressuu dha. waaqayyoo ayyaanicha jireenya bara baraa dheebotu kana siif haa dabalu ammayyuu EEbbifami
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen eebbifamaa eebbifamaa maqaa yesusin
Waqayyoo barafii jirenyaakee haa ebisuu ❤❤❤❤
Nama Waaqayyo "Waaqayyo Ayyaana isaa siif haa baay'isu" hamma dhumaattis si waliin haata'u!!!!!!
thnks singer Yosef Ofkala I LOVED your singe . DO so much other we are respecte you.
Waqayyoo sa ebisuu oboleessa koo ❤❤😅😅😅😅
Ebbifamii ayyanni waqayyoo dachaa sif haa baayatu ergaa guddaa qabaa nama qalbeefate dhageefatefi garuu osoo sochii akkasi akkasii kana fayyadamuu dhiisanii bareedaa dhaloonnii Hundinuu ebbifamii kana jechuu konni natti hin qabamina
Ergicha wajjin sochii hin adeemneedha osoo cal jedheetuma faarfateeyyuu ergaansaa ofumaa nama seena
Ameeeeeeen Ebiifaamaa Ebiifaamaa qaxalewanii koo uuuuufff gooftaa baarfii jiireenyaa keesanii haa ebsuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️🙆♀️😭😭😭dhalaa abaa koo dhuugaa faarfanaa kee dhaagefdhee quufuu naafii Ebiifamii 😭❤❤❤❤
Ameen Ebifamii
Yosef faarsaa keetiin waqayyo baayye nu ebbiseera waqayyo SI haa eebbisu jabaadhu ammayyu waqayyo SI haa gargaaru
waaqayyo baraaf jireenya kee haa eebbisu baay'ee si jaallannaa jabaadhu jabaa keenyaa
Waaqayyo bara tajaajilakee haa eebbisu. Faarfannaa ajaayibaati
❤
Ameen Ameen Waqayoo hanga dhumaati siii haa dhabuu ebbifimii
Ameen ulfaadhu yesuus koo 🙌👏❤Waaqayyoo isin haa eebbisu eebbifamaa ❤😍
Ameen!!!!! Jabaadhuu waaqayyoo sifaanaa haa ta'uu
Wow farfaanaa baay'ee namati tolu dhaa ebbifama obbolotaa koo 🥰🥰🥰🙏
Ifee natti muul'ata abdiin boruu Ameeeeeeeen hallelujah Eebbifami nama kakuu❤❤❤
Ammeen Ammeen ebbifamii ayyanii waaqayyoo dachaan siif haa dabalamuu ebbifama hundii keessanuu 💓💓🌹🌹🙏🙏❤️❤️
Uuuuufeeee malii farfanaan dhageefatamee hin qufamnee ebbiiffamii ❤❤❤
Ebbifamii gooftaan ayyaana caalu siif haa dabaluuuuuuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoo amma dhumaatti jabeese sii ha dhabuu ❤❤❤
Ijoolleen keenya ergaa aja'ibsiisa ta'een as ba'uu egalteettii sabnii koo saba Faarfannaa ta'a sichii
Wow waqayyoo sin haa ebisu
Ameen Ameen Eebifamaa! Waqayyoo siin haa ebisuu!
That is good song don't stop it
Yoosee congratulation Baayyee namatti tola Galatoomi Amezing realy
Guddaa eebbiffamii Waaqayyoo Ammaalee sii Haa gargaruu
Faarfannaa kana baay'een jaalladhe. jabaadhu obboleessakoo siif haa daddabalu kan kana caalu.
Eebiffamii Waaqayyoo sii haebissuu
Wowwww ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ebbifamii yosee koo bayeen farsaa kettii ebbifamee
Jiradhuu Yoseekoo❤️
Ameen ameen ebifaami itti nuuf fufii dandiima kanara
E
Ameeeeeeni
Waqayoko
Hensuka
Ameen!!!!!!!! Ifee natti mullata!!!!
Ergaa guddaa nu biran gettee ebbiifamii obbolessaa
Ameen Ameen dhugaa eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii eebbifamii
AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN EBBIFAMAA DACHAA DACHAA EBBAF TAHAA ❤❤❤💕💕🤲🤲🤲🤲
Ameeeen ebifamii mucaa kakuu darbii demii
Amazing gospel song. Let God bless you!
Waaqayyo Dachaa lakku lakkuu isaa si haa eebbisuu
Ameeeeeeeenn ililililililililili ililililililililili ililililililililili ililililililililili ulffaadhu yeesuuusss ☝️☝️🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa
Dhugaa waaqayyoo Ergaa jabaa sikessaa jiraa itti fufii.haali sihin dhabbin
Faarfannaa kee baay'ee namatti tola,
Nibarsiisa eebbifami.garuu daansii waan barbaachisu natti hin fakkaatu,
Ati garuu itti fufi!
Dawit ulfina waaqayyoof ofirraa bu'ee sirbe jedhe barraa'ee jira.
Mucaan sochii didee ture nudha Kan sochii keessa galche.
Hin sirreessina
😭😘😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii godhiiiiiiiiiiii godhiiiiiiiiiiii
@@OLITFILMS isinika kan hawwisoodhaf carraa hojii uumaa jirtan? you know what you gonna to pay for this work!
@@ilaaltuofficialchannel171 Hin sirreessina qashti
Wow amazing song hallelujah
Waaqayyo SI eebbisuu nama kaku
Ebbiifamii mucaa qaxalee kana😍😍😍😍😍😍
Ani jechayyuu hin qabu, barrikee haa eebbifamu, baga siif gale
Wow !!! Farfaana ajayibaatii❤❤❤❤❤❤👌
Wawuu!! God bless you abundantly!!!
faarfannaa baay'ee bareedaadha fellowship dirree dawaa irrattis tajaajilakee argeera
Ayyaanni sirra jiru ammayyuu dachaan siif haa baay'atu
mee dhiisaa laakkii dhigasaan naa bitee gootaa agartuu barbadaatii ameen ameen
Ameen Ameen waqayoo bara kee haa ebbisuu
Wowwwwww ebifamii yosef muca kaku🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏👏👏📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖
waaqayyo baraaf jireenya kee haa eebbisu . utuu akkuma kee taahanii faarfatanii bareedaa ture
Eebbifami waaqayyoo si haa eebbisu
Me dhiisa lakkii. Ameen GBU
Nadheen Morma yaaftu kana farfannaa keetti lamata hin galchiin Nama Gooftaa.
Waaqayyoo barakee haa eebbisu muca eebbifamanan.
Waqaayoo si haa ebisuu.❤❤❤
Waqayyoo siiyaa ebbissuu
Ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ameeeeeeeeen ebbiiffami ebbiiffami ebbiiffami ebbiiffami ebbiiffami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamaa dachaa dachaan namoota waaqayoo ebaaf ta'aa maqaa goftaa yesusiin Ameeeeen Ameeeeen hallelujah🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰❣️❣️❣️🌷🌷🌷🌷
Amen ebifamii dachaa 🙏❣️
AMEEEN AMEEEN AMEEEN Eebbifamaa dachaa 💗 ❣️ ❤️ 🙏 🙏
Eebbbbiifffaaammmiiiiii dachaaa ❤❤
Abbaa gadummaaf nama/Jaarsa baayyee qabnaatii ati faarfataama sirrii nuuta'i maaloo baayyee sijaallanna
Ani fayyeera michuu amanamas argadheraameen ameen ameen ameen
Waaqayyoo sihaa eebbisu laphee nama cabsa
Uuuuuuuff farsaa kana baayyeen jaalladhee eebbifami
Waqayyo sii Haa eebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameen Ameeen AmeenAmeeen Ameeen Ameeen Ebbifamaa Maqaa yseus🌹🌹👏👏🤲🤲👏👏👏👏🌷🌷🌷🙏🙏🙏🙏🙏🙏💝💖💖💖💖♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Wel Come yosi Ameen Ameen ♥️♥️♥️♥️ Ebbiiffaamii
Baayee namatti tolaan
Wow❤❤❤❤❤ ebiffaami
waaqayyoo sii haa Eebbisu jiraadhu
Ebbifami.faarsaa faayyina keenyaa isaa ta'ee kristoosiin nu argarsiisa
Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeen ililililililililil ililililililililil haleluuyaa Ebifaamaa namaa waqaayoo
Uuuuuuffffff Ameeeeeeeen ebbifamaa 🙏🙏🙏💕💕
Ameen Ameen Ameen ebifaamii dachaa ❤🙏🙏🙏
Ebbifami nama waaqayyoo
Ebbifamii ayyaanni sif haa baayatuu 🙏🥰
Powerful song God bless you!
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen tebarekuuuuuu
gooftaan siyaa eebbisu
yosee waqumti dabalee saa ebbisuuuuu
ተባረክ የእግዚአብሔር አምላክ ፀጋና በረከቱ ይብዛልህ።
God bless you!
Uuffffff maal faarfannaan kun❤❤❤❤
Ameen Ameen ebbifaami waaqayoo Si haa ebbisuu
Gid bless you more and more
Waaqayyo akkas siin jedha
Jireenyakee hadhaa'e siifan mi'eessaa hin boo'inii!