" TULLUU TUULAMAA " FAAR DASSAALENY DUULAA 2021

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 5 ม.ค. 2021
  • Warri Gara TH-cam Channel keenya dhuftan Subscribe godhuu hin dagatiinaa.
    Toora Facebook keenya : TV Ifa Fayyinaa
    Toora Telegram keenya : @IfaFayinatvchannel
    Toora Tweeter Keenya : @ifafayina

ความคิดเห็น • 416

  • @samuelbedasa9128
    @samuelbedasa9128 2 ปีที่แล้ว +3

    wow goftaan koo sihaa ebbisuu

  • @user-ke8td9xe4i
    @user-ke8td9xe4i 3 หลายเดือนก่อน +1

    Uuuuuuffffffeeeee iyesus jirtaadha ameen ameen ameen. Ebbifami ebbifami ebbifami Dassuu mucaa kakuu itti fufii❤❤❤❤❤

  • @IteneshEtu-m4x
    @IteneshEtu-m4x 11 วันที่ผ่านมา +1

    Wow ebbifami dhugaa

  • @gifiitiiwallaga4830
    @gifiitiiwallaga4830 3 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuuuffffeee uuuuuuuuffffeee ammmeen ammmeen ebbifamii dassuu Kanuma caala goftan koo ayyana hubaana Oguma isiif haa dabalu darbii tarkaafadhuu 🙏🏽🙏🏽🙏🏽🙏🏽🎵🎵🎵🎵🎵🎵🎼🎼🎼

  • @bireewaaqayyooguddaadha3463
    @bireewaaqayyooguddaadha3463 2 ปีที่แล้ว +3

    Ufaadhuu yesus galanni kan keeti 📖👈🤲🙏❤❤❤❤❤❤❤

  • @boonaa1
    @boonaa1 3 หลายเดือนก่อน +1

    Addisuu Waayimaa lammaffaa. Sagaleen isaaniis wal fakkaata. Waaqayyo isaan haa eebbisu.

  • @DirshayeBayilu
    @DirshayeBayilu 9 หลายเดือนก่อน +2

    Dassiyyee gooftan koo siyaa eebbisu obboleetti kootin immoo yeroo waltajjii waaqayyorra dhaabattu ufannaa kee sirreeffadhun siin jedha. eebbifamaa ❤❤❤❤❤

  • @tigistbeshah756
    @tigistbeshah756 3 ปีที่แล้ว +8

    አዎ የትውልድ ተስፋ የሱስ ብቻ ነው ጌታን የምታከብርበት ዝማሬ በልብህ በመንፈስ ቅዱስ እንደ ወንዝ ያፍስስልህ አሜን

  • @mahdicell613
    @mahdicell613 3 ปีที่แล้ว +1

    Iyesisu jiraa abdin dhalota ameen ameen ulfadhu waqayyoo koo gooftaan isin haa ebbisu ebbifamaa🙏🙏🙏💕💕💕💗💗💗💗🌷🌷🌷👍👍👍👍

  • @tigistibekele2145
    @tigistibekele2145 3 ปีที่แล้ว

    Ebbifamii dachaa mucaa kakuu bara amma baraatii farfadhuuuuuuu💝💝💝💝💝💝💝💝

  • @mengistuyirga3917
    @mengistuyirga3917 3 ปีที่แล้ว

    Ayyaanni isaa hanga dhumaatti mqaa yesuusin isinirra haa jiraatu

  • @disoosyabi9365
    @disoosyabi9365 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuff waqayoo sifaa bayisuu amalee ayanaa isaa

  • @user-ls6dq9rb5z
    @user-ls6dq9rb5z 7 หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa 😊

  • @hundeyegezu6062
    @hundeyegezu6062 3 ปีที่แล้ว

    Dasseee Dasseeeeeeee...Yesuus keenya nuuf hafaarfatamu ammayyuu....Angafa lubaa keenyaaaaa!

  • @tikesttijiitijii8078
    @tikesttijiitijii8078 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo.sii ebbisuu ebbiafmii mucaa waaqayyoo ayyaanii waaqayyoo kanumaa calaa isnii irratii haa dabaluu dhugaa fartuu liduu anii baayee jalaladha dhugaa mucaa.waaqayyoo sodatuu kanuumaa calaa hunbanaa ogumaa kanuu calaa siifi haa.baaytuu ❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @seenaacaalaa2956
    @seenaacaalaa2956 ปีที่แล้ว

    Ammeeeni waqaayyoosihaa Ebbiissuu

  • @berhanemuleta2044
    @berhanemuleta2044 3 ปีที่แล้ว

    Ayyaannii waqayyoo dacha dacha siifi haa bayyatuu Kan Caalaa sii haa garuu waqayyoo Abbaa keenya

  • @hannatolamareyam1969
    @hannatolamareyam1969 3 ปีที่แล้ว +2

    iyesus jiraa abdin dhaalotaa amen.amen ebbifamii🙏🙏🙏

  • @derder7030
    @derder7030 3 ปีที่แล้ว

    Amen Ameeeeeeeeeeen uuuuuuuuuuuffffffffeeeeee Eyeen Iyesus balballaa jireennyyee ittiin olgalmaa Iyesus kiristoos jiraa habdeen dhalootaa Ishooooooo Galanii fi ulfiinnii waqaayyoo fi haa baytu,u eebbifamaa Saba waqaayyoo maqaa Iyesusin Baree jireennyyaa keessan dachaa haa eebbifamuu eebbifamaa 📖🎤🎤🎹🎻🎸🎷🎷🎸🎻🎵🎼

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 3 ปีที่แล้ว +1

    Amen Amen Amen. Gooftaa Iyesus jira abdiin dhalootaa.. Eebbifami

  • @welega2624
    @welega2624 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa dachaa darbii deemmi ammaa ille sif ha dabaluu ayyaanii isa dachaa

  • @sinboonkooyesusfirst8549
    @sinboonkooyesusfirst8549 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuuffffeeeee Waaqayyoo Saa Eebbisu Dachan irra Deddebi'e Dhageefadhe Qufu Dadhabem 🙌🙌🙌🙌❤❤🙏

  • @Ajoolaa555
    @Ajoolaa555 3 ปีที่แล้ว +1

    dassee koo Eebbifaami. namatti tola dhugaa baay'ee

  • @speedcell6257
    @speedcell6257 3 ปีที่แล้ว +2

    Uuuffeeee ebifama
    Mucan sagale sii gargartee kun simboo qabeti koo ebbifami kara hunddanu ebifamtukoo

  • @dokitoriliyuuyesuswallagga8375
    @dokitoriliyuuyesuswallagga8375 2 ปีที่แล้ว +1

    NAGAAN WAQQAAYYOO SINIFI HAATA'UU!!YESUS gooftaa dha maqaan waqqayyoo kan
    Ebbifamee haa ta'u haleeluyyaa yesus yaa dinaali Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqqaayyoo si haa gargaruu Lubuu
    Daasalenyyee Nufi jiraadhu jabaadhu
    Qalii yesus ❤💚💙💜💙💚🇪🇹🇱🇧🇦🇪❤😎

  • @user-ex7nj9mu6o
    @user-ex7nj9mu6o หลายเดือนก่อน

    ayyaanii waaqqayoo sif haa baay'eetu

  • @user-be1hy7mt9n
    @user-be1hy7mt9n 5 หลายเดือนก่อน +1

    Yesuus jiraa abdiin dhalota uuuffff ebifaami ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @waqayoo.bekadha5011
    @waqayoo.bekadha5011 2 ปีที่แล้ว

    Ebiiifaaamii daachaa dachaaa

  • @yididiyasisu7870
    @yididiyasisu7870 3 ปีที่แล้ว

    dasukoo ebbifaamii dachaa sagaaleenkee kun silaa hin qufaamuu.yeroo gambelaa dhufteen sibeekaa long live brokoo

  • @waqayoo.bekadha5011
    @waqayoo.bekadha5011 2 ปีที่แล้ว

    Ayaanaa siraa waqayoo naaf hakeenumee

  • @garomagamada2220
    @garomagamada2220 3 ปีที่แล้ว

    Eebbiffaamii mucaa keenyaa@@

  • @abeshumegersa7185
    @abeshumegersa7185 8 หลายเดือนก่อน

    Wow baay’ee Namath tolaa cimi daasee koo

  • @bireewaaqayyooguddaadha3463
    @bireewaaqayyooguddaadha3463 2 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuffffffffff brother WAAQAYYOO 1000×1000 ayyanna isa siif haa baayisuu eebbifamii umuriin keen mana WAAQAYYOO keessatti haa dhumu 🙏🎹🎶🪕🎤🎸🎻🎺🎼🎷🥁👏👏👏👏👏🌹🌹🌹👏👏👏👏👏👏elelelelelelelel ulfaadhuu GOOFTAA❤❤

  • @classtel5029
    @classtel5029 3 ปีที่แล้ว

    Gaalni waaqayyon haa gaahu kan issa ollima.......... ebiifaama ayyan waaqayootin

  • @bashaatuujesuus4678
    @bashaatuujesuus4678 3 ปีที่แล้ว

    Uuuufffeeee Eebbifami Ammayyuu Ayyaanni gooftaa dachaa dirribidhaan Siif haa baay'atu 🙏🙏❤️📚📖⛪

  • @ulfinabanjure
    @ulfinabanjure 5 หลายเดือนก่อน

    Wow Waaqayyoo SII haa eebbisu dase itti fufii tajaajili ❤❤❤❤❤

  • @AkkanatiHinhaftu
    @AkkanatiHinhaftu หลายเดือนก่อน

    Amen eebbifamii ❤❤❤❤❤ god bless you

  • @masartimakonini1528
    @masartimakonini1528 2 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeen ebifami kodee koo

  • @hundelachiisaa
    @hundelachiisaa 2 หลายเดือนก่อน

    Uuuuuffffffeeeeeeee ameeeen ebifamifamiiiiii dassukoo

  • @dasiidosa5166
    @dasiidosa5166 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifami nama waaqayyoo.

  • @user-zf1nw1uz6i
    @user-zf1nw1uz6i 3 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen.ameena.❤❤❤❤❤❤❤.ebbifama

  • @bilisebasha7252
    @bilisebasha7252 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Uuuuuuuuuuuuuuffff iyesus jiraa abdin dhalotaa Ameen goftaan saa Eebbisuu darbi deemi

  • @warqiicaalaa9411
    @warqiicaalaa9411 3 ปีที่แล้ว

    Duraan dursaa Maqaan waaqayyoo haa ulfaatu.
    Ebbifamii dhugaa ayyaanni waaqayyoo kana Caalaa siif haa dabalamuu uuuufffeeyyii

  • @kennaafabdiinjira3229
    @kennaafabdiinjira3229 3 ปีที่แล้ว

    Iyesus jiraa abdiin dhalotaa

  • @bilisumabekele4442
    @bilisumabekele4442 ปีที่แล้ว +1

    thanks my god this is gospel songs I blieve that this is by grace .ayyaanni waaqayyoo dachaa siif yaa baay'atu

  • @fitumakumera953
    @fitumakumera953 3 ปีที่แล้ว

    Eebbifami dassuu! Iyyesuus jira abdiin dhalootaa!

  • @waaqayyooguuddadhaa1059
    @waaqayyooguuddadhaa1059 3 ปีที่แล้ว

    Ammmeeeeeeen ammeeeeen ammeeeen eebbifaami obbolleessa keenyaa ayyannasa sif haa baayisuu gooftaan

  • @shibirugudisa8812
    @shibirugudisa8812 2 ปีที่แล้ว

    Gooftaan Guddaa si haa eebbisuuu Dassuuu,👏👏👏👏 Baay'ee natti toleee 🎷🎷🎷🎷🎷

  • @odayadeta2200
    @odayadeta2200 2 ปีที่แล้ว

    Eebbifami DASSUU!

  • @nagaafirdiisaa6167
    @nagaafirdiisaa6167 3 ปีที่แล้ว

    Dachaan Eebbifami. Faarsaa jechoota lakkuun badhaadhe. Hafii faarfadhu dhufa jireenyichaa keessattis.

  • @user-lm2ns9ub6e
    @user-lm2ns9ub6e ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen waqayoo dibataa kanaa caluu sii haa bayisuu❤❤❤❤

  • @abdiinkoojiraataadha8074
    @abdiinkoojiraataadha8074 2 ปีที่แล้ว

    Ebbifaamii hadhoo Koo

  • @Sarontube
    @Sarontube 3 ปีที่แล้ว +3

    Iyeesus jiram abdii dhaloota
    Uffee ebbifamaa

    • @fadelkassem2929
      @fadelkassem2929 3 ปีที่แล้ว

      Uuuuuuufffee god belleesssss you more more

  • @shaikhaalkaabi7959
    @shaikhaalkaabi7959 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuufffeee Ameeeeeeeeen Yesusn jiraa Abdin dhaaloota Leecaa koo Ebbifamii Baayee sii Jaallaadha Ayyaanii gooftaa kan caalaa siif haa baayatuu😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘💚💚💚❣❣❣💞💞💞💝💝💝💝

  • @kasayeleta8262
    @kasayeleta8262 3 ปีที่แล้ว

    Wowo Ebbifamaa waaqayyoon Abbaan koo isinaa sinaa ebbisu dhageeffatamee quufamu miti

  • @yohanisdegefa
    @yohanisdegefa ปีที่แล้ว

    Ebbifaami yesuusikooo

  • @galanigalani8849
    @galanigalani8849 ปีที่แล้ว +1

    Gooftaan sii haa Ebbisuu ebbifaamii haadhoo koo ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓 💗 💕 ♥️ ❤️ 💖 💓

  • @user-yj8of3qc4p
    @user-yj8of3qc4p 3 ปีที่แล้ว

    Uuuufffffeeee Yesuus abdii dhalootatii Ameeenn Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa

  • @Kaayyoof2000
    @Kaayyoof2000 9 หลายเดือนก่อน

    Animee farfannaa kana akkam akkam jaalladhee dhugaa. jabaadhuu dasseekko eebbifamii

  • @waqaayoolooladhaajabaako66
    @waqaayoolooladhaajabaako66 3 ปีที่แล้ว

    Gooftaan daacha sihaa eebbisuu

  • @firaolbeyene7767
    @firaolbeyene7767 2 ปีที่แล้ว

    Namana maalo Waaqayyoo baayyee si ha'eebbisu. Keessattuu walaloo kee gaafan dhaggeeffadhu akka ati itti ati MOOTII WAAQAF LAFA kana ibsattuu dinqisiifadhe hin quufu.

  • @burtaatube5440
    @burtaatube5440 2 ปีที่แล้ว

    Wooow wooow eebbifamaa maqaa iyeesuusiin Jira Abdiin Dhalootaa Iyesuus🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️

  • @asteertasfuu3497
    @asteertasfuu3497 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo sih ebbisuu ayyanni isaa dabale dadabalee sif haa baay.atu

  • @naodsisay7743
    @naodsisay7743 5 หลายเดือนก่อน

    Far. Dassu Waaqayyo Teessoorraa sihaa eebbisu. Ayyaanasaa keessatti sihaa eegu.

  • @FalmiiOroABCJENNE
    @FalmiiOroABCJENNE หลายเดือนก่อน

    Eebbifamii leenca koo

  • @amoodebela9262
    @amoodebela9262 3 ปีที่แล้ว

    eebbifami #Dasseekoo. waaqaqyyo inni ayyaana kana siif kenne baraan haa jajamu.

  • @boojuutube
    @boojuutube 3 ปีที่แล้ว +4

    Woooooow kana jecha maaliin ibsugaa! Dassuukoooo eebbifami!! ❤️🙏🌹

  • @oromumandhigaakiyaa2515
    @oromumandhigaakiyaa2515 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen waqayoo dachadha siin yaa ebisuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jiituuwallagga8637
    @jiituuwallagga8637 ปีที่แล้ว

    Ameeen ameen ameen iyeesuu Abbaa namaa wamee Nama hirfnee 🙏🙏🙏🙏

  • @johncell8389
    @johncell8389 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeen dhugaadha farsaa kanaan hedduun eebbifame, waqayyoo Bara keessan haa eebbisu

  • @bethelemoromititti1517
    @bethelemoromititti1517 3 ปีที่แล้ว

    Eebbifamakoo nuf jiradhuu

  • @hawahawa5097
    @hawahawa5097 3 ปีที่แล้ว +2

    Ayyaani waaqayoo ammayuu sif haa baay'atu. Farsaa kee hedduun jaaladha

  • @ayantuwaqayobekadhaayyantu5901
    @ayantuwaqayobekadhaayyantu5901 3 ปีที่แล้ว

    Ufeee Ebifama Ebifama Ebifama hundumti kesa ijole Waqayoo💯✔

  • @seenaalovejesus997
    @seenaalovejesus997 3 หลายเดือนก่อน

    Ebbifami nama waaqayyoo

  • @fikadushitaye9395
    @fikadushitaye9395 3 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ebifaamaa namaa goftaa waqaayyoon sii haa ebisuu

  • @eyasu-gemeda
    @eyasu-gemeda 3 ปีที่แล้ว

    Daassee keenyaa uuuff baayyee jaalladheera faarfannicha. Ifa fayyinaa tv baayyee ulfaadhaa nama kana mul'isuu keessaniif!!!!

  • @diribatariku407
    @diribatariku407 3 ปีที่แล้ว

    ani sagalee filatamaa, qophii baayyee bilchaataa fi nama honnataa ulfina waaqayyoo beeksisuuf kutatee ka'e siin jedheera. waaqayyo si haa eebbisu! ayyaana isaa itti siif haa dabalu.

  • @birhaanuugaddafaa366
    @birhaanuugaddafaa366 2 ปีที่แล้ว

    Jabadhuu waqayyoo sihaagargaruu farsaankeemoo bay.ee naatiitoleera

  • @sanyiimootiinagaa7355
    @sanyiimootiinagaa7355 3 ปีที่แล้ว

    eebbifami Dassee keenya, faarfannaa nama eebbisuudha dhugaa

  • @GadisaBaneOfficial
    @GadisaBaneOfficial 3 ปีที่แล้ว +1

    wow Dasukooooooooooooooooooo!! leenca wayi; eebbifamaa warri Ifa Fayyina Tv....!!

  • @mulunehaddisu2587
    @mulunehaddisu2587 3 ปีที่แล้ว +1

    Loltichi inni jabaan qophaa isaa duulee ajeesse dua ilmaan namootaa Ameen ameen

  • @carraasolomon1907
    @carraasolomon1907 2 ปีที่แล้ว

    Jiraataadha yesuus haallelluyyaa,Eebbifamaa

  • @martatube3997
    @martatube3997 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele elelelele 🙏🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📖📖📖💞💞💞💞💞💞💞💞Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa Ayyaanaa dibata dibatarati isinif haa dabaluu waqayoo

  • @johncell8389
    @johncell8389 3 ปีที่แล้ว

    Gooftaan koo iyesus isin haeebbisuu

  • @singerbontuulataa9192
    @singerbontuulataa9192 3 ปีที่แล้ว

    Ammmen ammmmmeeee ammmen ebbifamii ayyanni gofta siif ha dabalamuuu

  • @user-lb8zv1ed2j
    @user-lb8zv1ed2j 7 หลายเดือนก่อน

    Ammeen ammeen eebifamii ebbifamii

  • @visiontubecb6813
    @visiontubecb6813 3 ปีที่แล้ว

    woowwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww
    hangaficha lubba tiksituu holta isa hin dhofnee
    sanyin facase ijakennee tokkon isa iyyu hin gonee
    God bless you

  • @zayedmm9134
    @zayedmm9134 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeèeeèee Ameeeeeeeeeeè Ebbifamiiiiiiiiiiiiii eleleleeeeeèeeeee ulfadhuu iyesuus

  • @Kumee-cc6tg
    @Kumee-cc6tg 3 หลายเดือนก่อน

    Ammmmeee Ammmmeeeee uuuuuuuuuuuu farfanaa bayee namatii toluu bauee namaa hawataa

  • @martatube3997
    @martatube3997 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuffffffeeeee guddaan itti ebifamee Far.Dasee gooftaan amalee kanuma calatii dibata dibatarati siif haa dabaluu waqayoo ebifamii ebifamii 💞💞💞💞💞

  • @jirajirtuu4247
    @jirajirtuu4247 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuffee eebifamiika hadhookoo seeloota nama keessa boqota farsichii uuffee abbaa koo

  • @bareduuamboo1522
    @bareduuamboo1522 หลายเดือนก่อน

    Amoo ebbifamii ebbifamaaaa ebbifamaaaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉🎉🎉

    • @Ayo-y9x
      @Ayo-y9x 12 วันที่ผ่านมา +1

      Ayetuj

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffeeey Eebbifami Eebbifami dasukoo😍🥰🥰❤️🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻

  • @sifanmalaku7260
    @sifanmalaku7260 3 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo.bara.jirenyake.haa.ebbisu.uuufffi.farifana.ebba.qabu.dhuga.ameeeeeeeen.ameeeeeen.abbako.gltake.😭🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @martahailu9097
    @martahailu9097 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen Ameen Ameen darbaa demaa maqaa yesusin 🙏🙏🙏♥️♥️♥️

  • @burtkanabatamam81
    @burtkanabatamam81 2 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen 💛💚❤🇪🇹🇪🇹 wqyy Ethiopia haa ilaalu nagaa isaatin .EBBBIFAMII ILMAA KAKUU DASSIYEE 😘😍💔

  • @seenaabadada2987
    @seenaabadada2987 2 หลายเดือนก่อน

    Faarfannaa ajaayibaati

  • @user-bg4dv7nc3g
    @user-bg4dv7nc3g 3 ปีที่แล้ว

    Elelelelelelelelelelelelelelelelele Elelelelelelelelelelelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelellelelelelelelelelelel Elelelelelelelelelelelelelelellelelelele Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen

  • @hawwitube7353
    @hawwitube7353 ปีที่แล้ว

    Waqayoo sinaa ebisuu

  • @takelehirko4488
    @takelehirko4488 2 ปีที่แล้ว

    wow dassee keenyaa eebbifami nama waaqayyoo