NA DHIBAAM ILAALCHI KEE:MILLIION LIJAMU,ELELAM MEDIA,FAARFANNAA AFAAN OROMOO HAARAA

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 26 ธ.ค. 2024

ความคิดเห็น • 361

  • @chaltugasso7948
    @chaltugasso7948 9 หลายเดือนก่อน +4

    Waaqayyo si haa eebbisu ilmako! Hafuurri Waaqayyo baayyee dubataaraa faarffannaanke

  • @ShilimatShiferaw-ry4sv
    @ShilimatShiferaw-ry4sv 9 หลายเดือนก่อน +15

    Seena Kofi kan gocha goftan ko naf godhen farfanadhan argadhe ebifaami bay’ee namati tola bo’adhumaan dhagefadha yerroo hundayu ani garuu orthodosidha

    • @AlimaTusiyo
      @AlimaTusiyo 27 วันที่ผ่านมา +1

      Maf hindebiture gar goftati obolet koo❤❤❤❤❤

    • @AlimaTusiyo
      @AlimaTusiyo 27 วันที่ผ่านมา

      ❤❤❤❤

  • @adugnaterefe2235
    @adugnaterefe2235 ปีที่แล้ว +7

    Aboo waaqayyoo umurii dheeraa siif haa kennuu farfannaa kana dhaggeeffadheen rafuu dadhabe
    Dhugaan jedha waanuma Anaan bakka buute galateeffattu natti fakkaate.jiraadhu
    ENYUUKOTTAN SI FAKKEESSA FIRROO SI BOODDEE DHUFE.....

  • @dagmtafese8744
    @dagmtafese8744 ปีที่แล้ว +3

    waqayyoo baraaf jireenyakee ha ebiisuu ebbifamii Farfannaa bayyee jaalladhudha:::: itti eebbifamera ,eebbifamii

  • @AbatuKambalo-jw8jk
    @AbatuKambalo-jw8jk 5 หลายเดือนก่อน +9

    ትርጉሙን አላዉቀዉም ግን ዉስጠ ተነክቶዋል ተባረክልኝ ወንድመ

    • @Amanuelbelina
      @Amanuelbelina 5 หลายเดือนก่อน

      የወልክኝ ውለታ አይረሳም አንተ ነው ያነሳኝ ከሰው ቤታች

  • @ayitejackline-sx1wv
    @ayitejackline-sx1wv ปีที่แล้ว +3

    Uuuuuuuuuufff bayyee gudaa Ebbiifamaa waqayyoo baraaf jireenyaa keessaan haa Ebbiisuu Ebbiifamaa 🤲👏😭😭😭😭😭😭😭

  • @murtibayisa
    @murtibayisa ปีที่แล้ว +3

    Ammeen eebbifami waaqayyo bara ke haa eebbisu.

  • @lmanofGod389
    @lmanofGod389 ปีที่แล้ว +3

    Waaqayyoo haa Eebbifamuu faarfannan kun baay'ee nama tuqa!

  • @yadasafayera1225
    @yadasafayera1225 ปีที่แล้ว +4

    Nadhibaa ilalachiikee Iyesus dhugaa🙏🎶🙆🌑dukkana dheraa dabarsine ifaa guddaa argine karaa isaa🌅

  • @chimdessa156
    @chimdessa156 2 ปีที่แล้ว +2

    Gooftaa Yesuus Kristoos saa eebbisu.Ayyaana gooftaatti jabaadhu. Tapha bara kanaa keessa maaloo hinseeniin. Faarsaa akkasii ammas sirraa eegna.

  • @jaletare9150
    @jaletare9150 2 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuu farffannan bayyee jaaladhudha waqayyoo ammayyu barakeeumurii kee haa ebbissu

  • @FekaduAbebe-s5q
    @FekaduAbebe-s5q ปีที่แล้ว +3

    Goftaanko iyyesuus ayyaana isaa siif haaba'isu.

  • @soresaaboma
    @soresaaboma 11 หลายเดือนก่อน +2

    Uffee faarfannaa gara waaqayyootti nama deebisuufii garaa namaa raasudha baay'ee Eebbifami haadho yoo fedha kee ta'eemmoo Lakk bilbila kee naaf ergime

  • @ameensiifmarga3373
    @ameensiifmarga3373 2 ปีที่แล้ว +1

    uuuuuuuuuuuuuuuuuuuu eebbifami obboleessakoo faarfannaa keetiin guddaan eebbifame jabaadhu qaxalee muccaa yesuus.............

  • @israelkumera4401
    @israelkumera4401 2 ปีที่แล้ว +3

    wow keessa kotti baay'ee natti tole waaqayyo dabalee dabalee si haa eebbisu.

  • @tesfahuntsegaye7774
    @tesfahuntsegaye7774 ปีที่แล้ว +11

    ❤❤❤❤❤❤ utun hinbeekin imimman fuulakorratti arga ayyanichi siif haadabalami

  • @almjabisa3474
    @almjabisa3474 2 ปีที่แล้ว +4

    Uuuuuufffffffffeeeeee
    Ameen kan akka iyesus jiraare jalaale lafaa onnaa

  • @furtumediaofficial6994
    @furtumediaofficial6994 2 ปีที่แล้ว +4

    Ayyaanni Isaaf haa Baayyaatu Atis Hojii Boonsaaf Ajaa'ibsiisaa Waaqayyoo Ogummaan si badhaasee kanatti Ittuma fufii dhalootaaf karaa tahii

  • @Melkebekuma
    @Melkebekuma 6 วันที่ผ่านมา

    Uuuuuuf bayye namatti tola ebifami waqayyo umurriketti umurri sif adabalu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisekito
    @bilisekito 3 หลายเดือนก่อน +1

    Gargaraan ilma nama, Waqqayo Goftan ha Ulfatu 🙏🏾🙏🏾🙏🏾 Atis ebbifami obbole. Faarun 🎶 kana yeero dhagefadhu hunda goocha Goftan nafi toolcheetu nafulla deema. Ebbifami!! Amasi Waqqayoni ayana issa sif baceesu

  • @abenezermark7804
    @abenezermark7804 ปีที่แล้ว +3

    Ebbifami guddaa

  • @imaltukaraafagoo1293
    @imaltukaraafagoo1293 5 หลายเดือนก่อน +2

    Uuuuf dhaggeeffadhe hin quufu. Waaqayyoo barke haa ebbisu❤❤❤❤❤

  • @tilahunakafu1959
    @tilahunakafu1959 6 หลายเดือนก่อน +7

    Maaaaloooo yeroo hundumaa imimmaaniinan dhageeffadha. Faarfannaa dhugaa!!!

    • @AsterLami-r6n
      @AsterLami-r6n 4 หลายเดือนก่อน

      ❤❤❤❤

  • @EndaluAbera
    @EndaluAbera 4 หลายเดือนก่อน +2

    Gooftaan SI haa eebbisu ammayyuu waaqayyoo bara Kee haa eebbisu

  • @AberuuDabelee
    @AberuuDabelee 2 หลายเดือนก่อน

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeeeen Ameeeeeen Ameeeen Ebbifama Ebbifama Waaqayyoon Gutumaa Baraa keessan haa Ebbisuu ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @MarthaAbaguracha
    @MarthaAbaguracha 7 หลายเดือนก่อน +7

    Dhugaa farfanaa bayee jirenyaa Koo eebise waqayonii dadabale sunii ebisu ❤❤❤❤❤❤

  • @weksKore
    @weksKore 25 วันที่ผ่านมา

    Eebbifamii waqqayyo caallatii ayyaana isaa siif haa baayisuu ammalee.

  • @MsKusi-n4i
    @MsKusi-n4i 5 หลายเดือนก่อน +6

    Ebbifamii farfannan kee senaa koo tuqaa hin dagatamuu kan waqayyoo❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲

    • @AsterLami-r6n
      @AsterLami-r6n 4 หลายเดือนก่อน

      Amen❤❤❤❤❤

  • @UserUsser-sz2jj
    @UserUsser-sz2jj 10 ชั่วโมงที่ผ่านมา +1

    Ameen.........ebbifimii

  • @ShaltoShalto-s1q
    @ShaltoShalto-s1q 17 วันที่ผ่านมา

    Uuuuuuuuuufffffff faarfannaa bayyee natii tolee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤ nufii jiradhuu hadhoo koo ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @civil8449
    @civil8449 3 หลายเดือนก่อน +1

    Ayyaanni Gooftaa keenya Yesuus Kristoos siif ha baayyatu. Kana caalaatti siif ha ifu.

  • @MarizaHusain
    @MarizaHusain 6 หลายเดือนก่อน +2

    Madaakoo gooftaan si haa eebbisu,mucaa gooftaa🎉🎉🎉🎉🎉

  • @thomydebela
    @thomydebela 2 ปีที่แล้ว +5

    Ameeeeeeeeeeeen waaqayoo si haa ebbisuu❤❤💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @mergitudereje6500
    @mergitudereje6500 2 ปีที่แล้ว +2

    Farfannaa bayyeen jaalladhu kana!!!!! itti eebbifamera ,eebbifami🙏🙏🙏

  • @masaratathiopia356
    @masaratathiopia356 5 หลายเดือนก่อน +1

    ameeeee ameeeeeee dhugaa jettee uuuufuuuuffffff eebbiffamii

  • @desistuutsagaye154
    @desistuutsagaye154 2 ปีที่แล้ว +3

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 😢😢😢🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️Dhugaadha ulfadhu yeesus koo
    Ebbifamii dachaa

  • @OliferaHambissa-r4b
    @OliferaHambissa-r4b 5 หลายเดือนก่อน +4

    Spiritual song...galatakee goofta.

  • @ObseeGetachew7449
    @ObseeGetachew7449 ปีที่แล้ว +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen Thank you so much thes song good blessed tow much 😭😭Bro waaqayyoo Ayyaanaa dachaan dabalee sii haa ebbissuu Faarsaa kana dhageefadhee kufuun dadhabee!!!😭😭😭

  • @Effatube
    @Effatube 2 ปีที่แล้ว +2

    Dhugaa waaqni barakee ha ebbisu
    Faarsa laphee nama qabaneesudhaa😘😘

  • @roberateshome
    @roberateshome 2 ปีที่แล้ว +2

    Ameen ameen ameen ameen faarfannaa baayyee namatti tolu

  • @MesiYe-p1j
    @MesiYe-p1j 2 หลายเดือนก่อน

    Waaqaayoo human cimadha wan tahef ani sii kolu gale abaa koo ulfadhuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @AliAburumman-ht4hz
    @AliAburumman-ht4hz 10 วันที่ผ่านมา

    ❤❤❤❤❤❤Ameen Ameen waqayyoo sii Aebbisuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @marartuasnke
    @marartuasnke 6 หลายเดือนก่อน +4

    dhageefadhee qufuu dadhabee dhugaa💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

  • @tewabechtessoduresso9796
    @tewabechtessoduresso9796 2 หลายเดือนก่อน

    DEDBSE N DAGAYE
    GARU VD NAMATENTOLU
    GOD BLESS YOU !

  • @jesusistheway9499
    @jesusistheway9499 3 หลายเดือนก่อน

    Dhagefadheen quufuu daďjanee akkanuma nama serena waqayo dhibayuu ayyana sirrat harobsuu akkanuma GOFTAAN YESUS Sena jijiruti bekaa Hangadhumati ayyana sifa haebiisuu heddu ebbifami!!!.

  • @GizachewDaniel
    @GizachewDaniel 5 หลายเดือนก่อน +3

    Amazing song. ameeeeeeen

    • @KifluTizazu
      @KifluTizazu 4 หลายเดือนก่อน

      😊

  • @TalilaWedajo
    @TalilaWedajo 18 วันที่ผ่านมา

    Dhugaa nama dhiba ilaalchisa faarfanna kana dhagahu keessa kooti na gammada Dhugaa obbeessa ko waaqayyo sii ha eebbisu

  • @Fasigee-ic5ty
    @Fasigee-ic5ty วันที่ผ่านมา

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifamii ebifamii ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤

  • @ZedTulu
    @ZedTulu 6 หลายเดือนก่อน +2

    Ebiifaamii namaa waqaayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @jvhhjx-sb4kq
    @jvhhjx-sb4kq ปีที่แล้ว

    ebbifamaaaa ameeeeeen iyesusekooo gargarakoo wan hundumaaaaaa mal jedhuu wa,ekeee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @soremeka-mz7qg
    @soremeka-mz7qg ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuu farfanaa bayyee namattii tolu goftaan si ha ebissu hamma dhumatti si haa dhaabuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @GhJa-x5n
    @GhJa-x5n หลายเดือนก่อน

    Waqayyoo koo maqaa kee haa ebbifammuu❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥️♥️💯💯💯💯💯💞

  • @deborahsongforchrist
    @deborahsongforchrist ปีที่แล้ว

    Ebbiifami jabaa keenya waaqayyooo ayyanasaa siif haabaayisu

  • @EshetuRegassa
    @EshetuRegassa 4 หลายเดือนก่อน +1

    Ufffffffffff farfannaa boqonnaa lubbuu namaf kennu ebbifaamii

  • @Tigest234
    @Tigest234 2 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyo sii haa ebbisu umurii kee haa dheratu jiradhu amuntu si in agini ebifami

  • @ChalaEmana
    @ChalaEmana 4 หลายเดือนก่อน

    Amenee Ebbifamii ilimaa waqayoo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @MaramMaram-k2h
    @MaramMaram-k2h 5 หลายเดือนก่อน +3

    Uuuuuuuuuufffffeeeeeeeee waqaayyoo baraaf jireenyaa kesaan haa ebisuu namaa waqaayyooo😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @LubabaJordan
      @LubabaJordan หลายเดือนก่อน

      Ameen Ameen ebbifamaa 🤲🤲❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tilahunakafu1959
    @tilahunakafu1959 6 หลายเดือนก่อน +5

    Firrii hundumtuu yesuus gaafa nama nama godhuu yaa'ee dhufa.

    • @civil8449
      @civil8449 3 หลายเดือนก่อน

      "Eenyuttan si fakkeessa firroo si booddee dhufe." Eessaan akka dhufne utuu hin beekin har'a kan firoomu baayyeedha.

  • @tadelefayissa2919
    @tadelefayissa2919 5 หลายเดือนก่อน +4

    Baayyeen jaaladhe! eebbifami

  • @sagnitamiru1353
    @sagnitamiru1353 7 หลายเดือนก่อน +1

    Wow may God bless you 🙏

  • @onesimusambaw373
    @onesimusambaw373 11 หลายเดือนก่อน

    ati firako isa bayye nati dhiyoodha yoon siin jedhes ati sana olidha , sin jaalladha Yesuus

  • @wakogodana5043
    @wakogodana5043 หลายเดือนก่อน

    Amen amen ebbifami nama waaqa

  • @RobeDesalegn-s3s
    @RobeDesalegn-s3s หลายเดือนก่อน

    Waqayyoo sii haa ebbisuu Kan akka waqayyoo hin jiru Kan seenaa jijjiruuuuuu

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeenn ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗📚💯💯🥍🎧

  • @shaltoonaser3220
    @shaltoonaser3220 ปีที่แล้ว +2

    Ameeeeeen Ameeeeen Aeeeeee farfaanaan kun dheebuu nama basaa Ebbiifaamaa🙏🙏🙏🙏

  • @UrjiiDaraje
    @UrjiiDaraje 5 หลายเดือนก่อน +2

    Ebiifamii gudassa❤❤❤❤❤❤

  • @Elsa-tg1ec
    @Elsa-tg1ec 2 หลายเดือนก่อน +1

    አሜን አሜን❤❤❤❤

  • @SaraSara-fw3yx
    @SaraSara-fw3yx หลายเดือนก่อน +1

    Ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @AbdiiCaalaa-zv2oy
    @AbdiiCaalaa-zv2oy 9 หลายเดือนก่อน +2

    Ameeeeeèeeeeeeen❤❤❤❤❤❤

  • @WerkenashiGirma
    @WerkenashiGirma 5 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲Waqaayyoo Isin yaa Ebisu Dachaa Ebifamaa🎷🎷🎷🎷🎙🎙🎙🎙🎙🎹🎹🎹🎹🎹🎹📯📯📯📯🎧🎧🎧🎧🎻🎻🎻🎻🎻🎺🎺🎺🎺🎺📣📣📣📣🎙🎙🎙🎹🎹🎹🎻🎻🎻🎻👏👏👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤⛪⛪⛪⛪💒💒💒💒💒📖📖📖📖📖📖📖❤❤❤❤❤❤

  • @FhGg-fo2ds
    @FhGg-fo2ds 3 หลายเดือนก่อน

    Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ameeeeen 🙏 ebbiffamii mucaa kakkuu

  • @marthahailemichael5896
    @marthahailemichael5896 27 วันที่ผ่านมา

    እውነት ነው ታበረክልኝ ወድሜ 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @jajjabeebantii5930
    @jajjabeebantii5930 2 ปีที่แล้ว

    Ameen baayyee namattitola Waaqayyosihaa Eebbisu yoomiyyuu waaqayyo gaariidha

  • @IrgalamAsafaa
    @IrgalamAsafaa 2 หลายเดือนก่อน

    Ammeeen Ammeeen Ebifamii Ebifamii ❤❤❤❤❤❤

  • @SamukaEdema
    @SamukaEdema หลายเดือนก่อน

    Dhugaa ketii Nama Waqaa❤❤❤

  • @BiraneLabata
    @BiraneLabata 4 หลายเดือนก่อน

    Ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ameeenn ❤️❤️🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @RoberaLenjisa
    @RoberaLenjisa 4 หลายเดือนก่อน

    Farsaa kanaa yeroo meqaa akkn dhagefadhee tilmamuu hin fandau ebifamii obbolesakoo

  • @NigatwaAbate
    @NigatwaAbate 14 วันที่ผ่านมา

    Ebifami bayye bayye ❤❤❤❤❤

  • @NardosZerihun-mb4ti
    @NardosZerihun-mb4ti 8 หลายเดือนก่อน +3

    Such an anointed song😢❤❤❤

  • @getuambo4197
    @getuambo4197 ปีที่แล้ว

    Uffeee ebbifamii waqayyoo akkanumattii ayyana isa sif haa dabaluu

  • @kormababo1656
    @kormababo1656 8 หลายเดือนก่อน +4

    Eebbifamii sanyii waqqayyoo

  • @YosephYohanis-vy1rd
    @YosephYohanis-vy1rd หลายเดือนก่อน

    Thank you Jesus really I'm happy on God ❤

  • @gemechuabebe8115
    @gemechuabebe8115 ปีที่แล้ว

    Woyyoo farfannaa onnee koo na tuqe,gooftan si haa eebbisu
    💔💔💔💔

  • @GadisaKutala
    @GadisaKutala 2 หลายเดือนก่อน

    Waaqayyoo sii eebbisuu

  • @Nagaa-g3f
    @Nagaa-g3f 2 ปีที่แล้ว +1

    ameeen eebbifami, ayyanni waaqayyoo siifaa dabalamu miliyon

  • @GoldenX-j5f
    @GoldenX-j5f 5 หลายเดือนก่อน

    Uuuffee ebbifami nama waaqqayyoo❤❤❤

  • @WengelDida-b5v
    @WengelDida-b5v 7 หลายเดือนก่อน +1

    wow eebbifamee❤

  • @yonatabelina9211
    @yonatabelina9211 3 หลายเดือนก่อน

    Barri kee haa eebbifamu🥰

  • @ashebirbersisa6813
    @ashebirbersisa6813 2 หลายเดือนก่อน

    Eebbifaamii nama waaqayyo

  • @GizachewDaniel
    @GizachewDaniel 5 หลายเดือนก่อน +1

    Ameeeeeeen

  • @getahunwaya8763
    @getahunwaya8763 ปีที่แล้ว +2

    Woow nan gammadee

  • @teklelamessa126
    @teklelamessa126 ปีที่แล้ว

    Dhugaadha waaqayyoo siin haa eebisuun

  • @Chalto-s3q
    @Chalto-s3q 2 หลายเดือนก่อน

    Amee Ameen yesus yesus ebbifami hulfadhu yesu koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ImuuTasmaa
    @ImuuTasmaa 5 หลายเดือนก่อน +1

    Ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯💯💯

  • @TadeluEshetu-l2d
    @TadeluEshetu-l2d 4 หลายเดือนก่อน

    Ebbifamii❤❤❤🙏🙏🙏👏👏👏🎉🎉🎉🎉

  • @alamitubuzune885
    @alamitubuzune885 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen ameeen eebbifaamii eebbifaamii ❤🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙏🙏😭

  • @Tasfayemulue
    @Tasfayemulue 4 หลายเดือนก่อน

    Eyye ke❤❤❤❤

  • @Cell123-tp1nl
    @Cell123-tp1nl 3 หลายเดือนก่อน

    Ebifamiii hadho kooooo ufiiiiiii ebifamiii

  • @zaikozaiko452
    @zaikozaiko452 ปีที่แล้ว +1

    Eebbiffami dachaa dachaa😍 farffanna bara kana waliin wal hin arguu. Baay'ee namatti tola😍👌

  • @tamiratoljira5049
    @tamiratoljira5049 2 ปีที่แล้ว +2

    hafuruma gooftaan goofticha faarfachuun akkasi. eebbifami