DAWIT MORKA: NAMA KAKUU!

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 24 พ.ย. 2024
  • เพลง

ความคิดเห็น • 498

  • @WAKJIRATUBE
    @WAKJIRATUBE  4 ปีที่แล้ว +66

    Walaloon faarfannaa kanaaa kunooti. #Daawwit #Morkaatu barreesse.
    Sodaachisaa qilleensa huursee qilleensa'u
    Waanta addunyaan Wal harkaa fuudhee ittiin weenna'u
    Dacheen kaatee tulluun wal guuree yoo dhidhime
    Hin hankaaku nan ga'aam iddoo anaaf yaadame
    #Danda'ummaa keen amana Danda'ummaa kee
    1. Kaleessa kakuu dhaani gaafan manaa ba'e
    Hin duutu kan jedhuuni Sagaleen dhaga'e
    Haala har'aa ilaalee ani maafan mataa caba
    Sagantaa/Gulantaa guddinaani dura kootii qaba
    Nan nyaatu:
    Galaanni jabaa danuu liqimse
    Yesuus situ kakuun manaa na baase
    Didaan awwaale eebba labataa
    Isa na waame jalaa in owwaata
    Nama kakuu Caamsaan hin dhawu nama kakuu
    Nama kakuu Beelli hin danda'u Nama kakuu
    Nama kakuu Haallis yoo cime Nama kakuu
    Nama kakuutti aduun hin dhiwu Nama kakuu
    2. Dukkanni dachee dhuunfatee dhaloota yennaa hunkuru
    Qalbiin goototaas bututee yoo jedhe nagaan hin jiru
    Duuti mandaraatti ol galee laphee moototaa hurgufu
    Qilleensi bitaa itti hin galu nama kee duuti hin hangafu
    Nama kakuu Caamsaan hin dhawu nama kakuu
    Nama kakuu Beelli hin danda'u Nama kakuu
    Nama kakuu Haallis yoo cime Nama kakuu
    Nama kakuutti aduun hin dhiwu Nama kakuu
    *Kakuu koo gogetu lalise karaa kee
    Iddoo waan hunda naaf taatee qobaa kee
    Diina koo abjuutu olii gad hunkura
    Iddoon koo badee hin duune ani jira
    #Hin duune jira
    1. Hurufa dukkanaa saaqxee akkamiin dhufte gara koo
    Awwaala gubbaa dhaabattee cirte xalayaa du'a koo
    Kaan miti an ofii hin yaanne har'a koof iddoo ol ka'aa
    Hangaftee gidduu naa gallaan godaane gaaddilleen du'aa
    #Nan nyaanne innan sodaadhe suni!

    • @oromoapps5987
      @oromoapps5987 4 ปีที่แล้ว +1

      Microphone

    • @dinqoo2948
      @dinqoo2948 4 ปีที่แล้ว

      Ebiffammi baay, ee namati tolaa ayyani Kan caaluu siif haa dabaluu waqayyoo

    • @cololkololee462
      @cololkololee462 4 ปีที่แล้ว

      Waqayyoo dachaa sii yaa ebbiissuu

    • @shibirathyupia8458
      @shibirathyupia8458 4 ปีที่แล้ว

      Waqayyoo dachaadachaa si'iebisuu🎸🎸🎤🎤🌷🌷🌷🌷🙏🙏👍👍👍🎧🎧🎹💯💯💯

    • @asfawdeyas1648
      @asfawdeyas1648 4 ปีที่แล้ว

      Please

  • @derartuwaqjra1921
    @derartuwaqjra1921 3 ปีที่แล้ว +1

    Uuuuuuueeeeekkkkkaaaaaa.ameeeeeeeeeen.ameeeeeeeeen.ebifaamii.namaa.waqayyoo.ayanii.kann.caluu.siiratti.haa.bayattuu.farfann.kann.qalalii.hin.jaladhuu.bayee.namatti.toll.dhugaa.ebifaamii.namaa.kakuu.gizee.kudhani.oll.dhagefadheraa.qufunn.dadhabee.ebifaamaa.ebifaamaa🤲🤲🤲💓💓💓💓💓❤❤💕💕💕💕🙏🙏🙏🙏🙏

  • @sifanasifuuu690
    @sifanasifuuu690 4 ปีที่แล้ว +3

    Wowowowowo.Ebifamaaaaa waqayo sinaa ebisuuu bayee farsaa kesaa nama bojiudhaa😍😍😍😍😍😍😍😮😮😮😮😉

  • @seenaakumaraa3138
    @seenaakumaraa3138 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuufeeee waqayoo isin haa ebbisuu ebbifamaa

  • @ማርቲፍቅር
    @ማርቲፍቅር 4 ปีที่แล้ว +3

    Dhugadha ebifama dachaaa dawe waqayyoo sii ha ebisuu obbolotani ko hundumtii kessani ebifama dacha farfanna kan dhageffadhe hin qufuuu obbolessa Kenya Asefa waqayyoo dacha bara ke ha ebisuu Ameeeen🎧🎤😭uuuuuuufe🙏🙏🙏😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tsedalechbusha9097
    @tsedalechbusha9097 4 ปีที่แล้ว +1

    Namnii muldhattan farsaa basuu. Wawow akkasitii Dhugaaa farsaa jechuun

  • @samerreta6760
    @samerreta6760 4 ปีที่แล้ว +3

    Ufffffffffffeeeekaa
    Far.Kana Yeroon Dhaggeffadhu Nagaa Addaan Argadham Dhuguma Nama Kakuu Caamsan In Dhahu Amazing Soon.Eebbifamii Dv.Wqy Dachaa Bara Kee Haa Eebbisuu Far.Lidiya Derese Baayeen Si Jaalladha Dhugaa Ufffff Eebbifamtuu Koo 💖💖

  • @tigiskasahun7107
    @tigiskasahun7107 4 ปีที่แล้ว

    Waqayyoo dachaa dachaa isin haa eebbisuu kana caalaa ayyaanii isinif haa dabalamuu

  • @marthabarhanu2941
    @marthabarhanu2941 4 ปีที่แล้ว

    Wowo bayee namatii tolaa goftaan siihaa ebbisuuu ebbifamiii hadhoko Devo dhugadhaa nama kakuu homatuu hin danda'u

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb 4 ปีที่แล้ว

    👍 jebaanaa Jebaanaa. Waqyonee hageletomuu. Lefaa rukutee hrkananee waqaa olee qebebdaa. Keenn OROMONE

  • @habtamupetros7871
    @habtamupetros7871 4 ปีที่แล้ว

    Na hin nyaatu galaanni danuu liqimsee ture,,,,,,,,an qofa mitti dhalota ana booda dhufuyyu hunduma harka isaa naaf madayeen buute baaseerra. Ilma kakuu koo waaqayyoo dabale sii haa eebbisu. darbitti ammayyu farfaadhu......................

  • @yesuuskooadaaranaamaari1742
    @yesuuskooadaaranaamaari1742 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen waaqayoo sinaa ebisuu jaabadha ayaanasa humnaasa siniif haa bayisuu 🤲🤲🤲🤲🤲

  • @kiyyaalvero5312
    @kiyyaalvero5312 4 ปีที่แล้ว

    Uufeee ebbifamiii dawiiti farafna kee hundiisayu abdii namati hora dachan sa ebbisu waqqayyoo ama dhumati manasa keesa saa dhabuu jabadhuu

  • @gechoaga525
    @gechoaga525 4 ปีที่แล้ว

    halleeluuyyaa nama kakuu caamsaan hin dhawuu # 100........... waaqayyoo isin haa eebbisuu hundinuu $ dave

  • @hassansabbagh140
    @hassansabbagh140 4 ปีที่แล้ว

    nan dhaale inan sodadhe sunii uuuuu galatakee yesus ameeeen ebbifami dave goftaan baree hundumaa haa ebbisu

  • @asteertasfuu3497
    @asteertasfuu3497 2 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo Bara Fi jireenya Kee haa ebbisuu ebbifamii dachaa ayyaanni waaqayyo sif haa dabalamu ♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏💯

  • @yesuusifakooyeroomaraati1586
    @yesuusifakooyeroomaraati1586 4 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo Gooftaan baraaf jireenya keessan haa Eebbisu Eebifamaa Ayyana kanaan Olii isiniif haa kennu 📚📗📖🎵🎶🎧🎺🎷💔💔💔🌷🌷🌷🌷

  • @እንዳሁምበፃጋ
    @እንዳሁምበፃጋ 4 ปีที่แล้ว

    Ameeen Ameen Ameeen Ebifam maati kakuu uufffffffeeee faruu gaabiii nama tolchudhaa ebifam naa nyanee inni Ana sodadhee sunni

  • @kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
    @kiiyyasumaabdiinkoojesus5468 3 ปีที่แล้ว +2

    Uuuuuuffffffff farafaana kan yoo akkam ta'een qufaa uuuuuuuuuuu hiiriba keessa na kaasee farafaana kan naa dhageesisii jajabesa luubbuu koo uuuuuffff Uumaa koo galatomii Abba dhugaa waaqayyo bara baraan Kakuu Dhalotaa siif haa kenuu Mucaa waaqayyo koo 💔💔❤️❤️❤️😍👏👏
    Malo hadhoko farafaana kee Alabemii isaa hojeedhu Kara hundumaan sii birra dhaban Waaqayyoos dacha sii garagaree

  • @kushinvestment1851
    @kushinvestment1851 ปีที่แล้ว

    Eenyu kan bara 2023 asii dhaggeeffataa jirtu like godhi! My dry covenant blossomed through you! Kakuu koo gogetu Lalise karaa kee iddoo waan hunda naaf taate, Haleluyyaa!!

  • @chosensonthankyoujesus2491
    @chosensonthankyoujesus2491 4 ปีที่แล้ว +3

    Amen. Yes I'm a covenant child of the Most High God! Thank You Master Jesus for gift of life that You blessed us with. To God be the glory in the highest! Praise the Living Jesus!

  • @firiiboruu2032
    @firiiboruu2032 4 ปีที่แล้ว +7

    Ufffeeee Far.Addaatti B.Jaalladhudha Eebbifamii Eebbifama Namoonni Akka Kanatti Itti Dadhabdani Far.Keenya Addamu.Damee.Lidiya.Far.Dawit.Waaqqayyo Hunduma Keessan Haa Eebbisuu

    • @fadelkassem2929
      @fadelkassem2929 4 ปีที่แล้ว +1

      Uuuuuuufffffeeee eeeebbifamaaa keep it up good blees you bro

  • @simboosimboo1945
    @simboosimboo1945 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeee waqayoo baraaf jirenyaa kesanii yaa ebbiisuu ebifamaa sabaa kakuu

  • @asterjesusasterjesus5046
    @asterjesusasterjesus5046 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuffff Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen
    Nama kakuu du.tii hin danda.uu lelelelel maqa yesusu ebifamaa
    Bayye isini jaladhaaaaaa
    Ijollee abbaa koo waqqara ❤❤❤❤❤❤ maqa yesusu haa ulfatuu

  • @zeritu8501
    @zeritu8501 3 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeen uuuuuuuufffeeee baay'ee namati tola dhuga ayyanni waqaayyoo Kana caala sinifa Haa Baay'atu in 🤲🤲🙏🙏🙇🙇🙇🥰🥰

  • @hawwiitarreessaa6363
    @hawwiitarreessaa6363 4 ปีที่แล้ว

    Wow dhugadha nama kakuu walee hin danda’uu
    Kan egaa ture dhagahuu kooti gamadera dev bagaa milkooftee

  • @gonfaeba9433
    @gonfaeba9433 4 ปีที่แล้ว

    Aartii jechuun kana dandeettii muuziqaa bilchina qabuu fi walaloo gurra namaatti toluun saba qajeelchuun dirqama sirra eegamuu bahaa jirta jabaadhu....

  • @anthonyelias8779
    @anthonyelias8779 4 ปีที่แล้ว

    Kaakuukoo gogee lalisee karakee iddoo hundaa naf tate koobaakee dawiit gooftan ayyanaa isaa sif haa baayisu hundiii keessa eebbiffamaa

  • @samiishaa10
    @samiishaa10 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifamii Dawwee waqqayyoo gatii kee guddaa ha godhuu.

  • @medsports718
    @medsports718 4 ปีที่แล้ว

    Yaa qaboo koo ana beirut keessaati dadhabee madamii jala bade adeemuu fakate naa bolchise. Waqaayyoo karoraa malee naa hin dhumnee jedheen kadhadhee innis naa dhaga'e ....ebifama ijoolee kaku nuu hin nyatamnu.! Yesuus goftaadha.

  • @jifareejesus7729
    @jifareejesus7729 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuffffeeeyyyeee eebbifamii Ameen Ameen dhugaa keetii brother 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓☝☝☝📖📖📖📖📖☝☝☝☝☝💌

  • @fenetwalagaa3904
    @fenetwalagaa3904 4 ปีที่แล้ว +1

    Uuuu ahaleluyaaa nanaan nyanee inii ani sodadhee suni Ameeeeeen

  • @welega2624
    @welega2624 4 ปีที่แล้ว +2

    Halaa haraa"a ilaalee mafan mataa cabaa sagataa guddinan durakoti qaba Ameen Ameen Ameen ilelel ilelee 🙌🙌🙌🙌🙌 dawee ammaale ayyaanisaa kana calaa sif ha dabbaalamu baraake hundaa farffaacha hafii

  • @grandfor5080
    @grandfor5080 4 ปีที่แล้ว

    Ebifamaa dacha dacha ijolee kakuu kanumaa calatii humnii fi ayanii goftaa isinf haa bayatuu

  • @bkla2584
    @bkla2584 4 ปีที่แล้ว +2

    Wwowo ufe eebbifamaa hundii kessaan saba gooftaa nuti hin dhihuu yoomuu nuto dhihee fakkatee bari'aa

  • @deborachalumaadebora4655
    @deborachalumaadebora4655 4 ปีที่แล้ว

    Dhugadha kakuu jirenyaa maallee kakuu du'a hin dhagenye ammeen ammeen ammeen ammeen uuuuuuufffffee ebbifammiii ebbifammiii ebbifammaa ijolleee kakuu!

  • @tigisttt5445
    @tigisttt5445 4 ปีที่แล้ว +2

    Ameeeen nama kakuu bineesii hin nyaatu GBU! dawit jabbadhu faarsa keeti baay'ee ebbifamnee

  • @muluneshabebe8950
    @muluneshabebe8950 4 ปีที่แล้ว

    Dawee mucaa biyyaakoo goftaan amaalee kanaa calaa hubaanasa sifaa dabaaluu ebbiifaamii

  • @yesasofa4174
    @yesasofa4174 4 ปีที่แล้ว +3

    Amen amen
    Waqayyon dachan isin Ayebbisu 🙏
    Galata isa goftan Afudhatu አሜን
    Ani Danda.umman keen Amana Haleluya እልልልልልል እልልልልልል
    Ya ijolle biyyako dhuga farun kun Halaa Amma kessa jirrun Walqabata Kanafu Addunyan Akka Malee soda gudda kessa jiraa Kanafu Nuti Waqa Nu Egu Qabna Kanafu Hin Sodatina Iyyesus Jabadha 🙏🙏🙏

  • @ilfineshdabalaa5375
    @ilfineshdabalaa5375 4 ปีที่แล้ว

    dhugaa farfanadhumaa wakjiraan galkisuu hundumtuu keessaa namaa kan xuqudhaa uufffii mogollee namati godhaa ebifamii wakii kenyaa ob// kenyaa far//Dawiti goftaan gutumaa bara jirenyaa kee haa ebisuu ebifamaa akkasumaa yeedalodhan kan gargarataan goftaan sin haa ebisuu ebifamaa hundumtii keessaan hangaa dhumati cimaa dhaabadhaa🎸🎸🎸🥁🥁🥁🎤🎤🔊🔊🔊📯📯📯📣📣📣🎶🎶🎶🎵🎵

  • @burtee649
    @burtee649 4 ปีที่แล้ว +10

    Wow!! Danda'ummaakeen Amana!!
    __Sodaachisaa qilleensa huursee qilleensa'u
    Wanta aduunyaa wal harkaa fuudhee itti weenna'u, Dachee kaatee tulluu wal guuree yoo dhidhime hin ankaku na ga'aam iddoo naaf yaadamee !!! Korona irrati faarsa ijoolee kakuu,, attis Ebbaaf tahii Dawwit

  • @darbuunkeenyaahinoluu7506
    @darbuunkeenyaahinoluu7506 4 ปีที่แล้ว

    Woooooooooooow Waqayyo sinaa ebbisuu ebbifami dhachaan

    • @darbuunkeenyaahinoluu7506
      @darbuunkeenyaahinoluu7506 4 ปีที่แล้ว

      😍😍😍😍😍😍😍😍😍🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎸🎸🎸🎸🎷🎷🎷🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧

  • @raheleshetu6578
    @raheleshetu6578 4 ปีที่แล้ว +5

    ትርጉሙ ባይገባኝም በጣም ሀሤት አደርጋለሁ ይህን መዝሙር ስሰማው ክብር ለጌታ ይሁን። አሜን አልበላም አመልጣለሁ አትፍሪ ያለኝ ጌታ ከኔጋር ነው።

  • @tsedalechbusha9097
    @tsedalechbusha9097 4 ปีที่แล้ว +2

    Waqayoooo sihaa ebbisuuuuuuu 🙋‍♀️ 🙋‍♀️ 🙋‍♀️ 🙋‍♀️

  • @BereketKabalo
    @BereketKabalo ปีที่แล้ว +1

    Remain like the David as your songs are extremely cool for head. I seldom understand the language, but when it comes such songs my head listens.

  • @connectconnect2004
    @connectconnect2004 4 ปีที่แล้ว

    Wawwo eebbifamaa namaa kakkuu homtuu hi danda'uu anmeeeeeeeeen

  • @gametube8724
    @gametube8724 4 ปีที่แล้ว

    ameen ameen Waaqayyoo bara kee guutummaatti si haa eebbisu dawe,

  • @oliraassefa4319
    @oliraassefa4319 4 ปีที่แล้ว +2

    Na hin nyaanne inni ani sodaadhe sun....!
    Waaqayyo dachaa isin haa eebbisu!!

  • @dubaisharjah1784
    @dubaisharjah1784 4 ปีที่แล้ว

    wwwwwwooo waqayyoo isn haa ebisu yaa ijole kakuu

  • @almewako6613
    @almewako6613 4 ปีที่แล้ว

    Wawawawa daawi waaqayyoo baraaf jireenya kan keessan dacha yaa eebbisu farfannaa kee heddu namatti tolaa ammas jabaadha waaqayyoo isin yaa eebbisu

  • @yerussoboka5737
    @yerussoboka5737 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifama Waqayyo kana caala hubanna siif haa laatu

  • @bonituwario4927
    @bonituwario4927 4 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo Abbaa Bara keessan Guutuu Haa Eebbisuu !!!!!!

  • @bayisa_guta
    @bayisa_guta 4 ปีที่แล้ว +4

    Waaqayyo isin haa eebbisu; eebbifamaa!
    Nama kakuu caamsaan hin dha'u!
    Ufffffff!

    • @fakugccvk7985
      @fakugccvk7985 4 ปีที่แล้ว

      Barikee hindu aryans waqqayoon has marfamu

  • @getezerfu28
    @getezerfu28 4 ปีที่แล้ว

    Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen eebbifamii wooww dhugaa faarfannaa kanan baayy'een ittii eebbifamee dedebisen dhageefadha ayyani waaqayyoo sii Haa dabalu!!!!!

  • @genetberhanu
    @genetberhanu 10 วันที่ผ่านมา

    EEBBIFAMI DEVA! JABAADHU NAMA KAKUU!!!

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 4 ปีที่แล้ว +1

    Woooooowwwwwwwwww baga gargaramtee gooftaadhan haleeeluyyyaaa ameeeeeeeeeenn nama kakuuu ameen dhageeffatamee hin qufamuu eebbifamaaaaaaa maqaa yesuusiiin

  • @almazjesses1653
    @almazjesses1653 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuu gooftaan koo sii haa ebisuu hadhoo koo sin jalanaa ijolee kakuu

  • @meritamiru3110
    @meritamiru3110 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuffffff far dawe kana akkan itti jaladhuu ebbifama ijoolle waqayyoo

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile9289 3 ปีที่แล้ว

    Woowwo Ameen Ameen Eebbifami dachaa namani hin du'uu Ameen Ameen Eebbaaf ta'i maqaa yasusiin Ayyaannisaa dachaa Siifaa dabalamuu, Eebbifamaa saba kakuu 🙏🙏👏👏

  • @gediontamesgen7071
    @gediontamesgen7071 4 ปีที่แล้ว

    Dav.
    bayyee namatti tola amalee kanarra ayyanni waaqayyoo siif haa bayyaattu eebbifaama.

    • @emmae1250
      @emmae1250 4 ปีที่แล้ว

      AmenAmenAmen

  • @gigigigi685
    @gigigigi685 4 ปีที่แล้ว

    ebbifaami kana caalaa daarbi deemi

  • @nigistasagid5244
    @nigistasagid5244 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeen Ameen Nanyaane ini ani sodadhee suni Ebbifama dachaa dhaan ijolee abba koo

  • @የእየሱስልጅነኝ
    @የእየሱስልጅነኝ 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeee
    Ameeee
    Ameeee
    Eebbifamaa ijoolleee kakkuu
    Nama kakku dhukkubnii adunyaa rasa jiruu hin danda,uuuu🙏🙏🙏🙏

  • @askalenegera3844
    @askalenegera3844 4 ปีที่แล้ว

    Ammeeeeen ebbbifaamii uuuuufffffeee nan nyanee inin soodadhee suni

  • @arifashak6072
    @arifashak6072 4 ปีที่แล้ว +1

    uuuuuufffff Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Hallelujah namni kakuu homayyu hin ta'uu dhugaa farfaanna abdii namatti horuudha haala amma kessa jirruun wal qabate 🙇🙇Dawwe kenya waqayyoo dachaan si haa ebbisuu Ebbiifami Ayyaanni isaa siif haa bayyatu 😍😍😍🎻🎻🎻🎤🎤🎤🎤

  • @gudisakumsa2884
    @gudisakumsa2884 4 ปีที่แล้ว +1

    eebbifami leenca keenya faarfannaa abdii namatti horu!!! jabaadhu nuu

  • @biranetube1916
    @biranetube1916 4 ปีที่แล้ว

    Waaqayyo isiin haa Eebbisu dhugaa warri yaaddo Corona qabu farfaanna Kana haa dhageeffatu

  • @abrahaamdhugaasaa1834
    @abrahaamdhugaasaa1834 4 ปีที่แล้ว +1

    WOW ....Baga gooftaan sii gargaree Dawit......God bless you @

  • @aynelaammasfinee2627
    @aynelaammasfinee2627 3 ปีที่แล้ว

    Wowowo wowowo waaqayyoo gooftan sii haa ebbisuu ebbifamii ebbifamii Ayaanaanii waaqayyoo dachaan dabalee siif haa bayyatuu ebbifamii ebbifamii jabaadhu ❤❤💝💝💞💞💞💓💓💓💗💗💗💖💖💖👍👍👍👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲

  • @abdiinjireenyakooyesusiqof5848
    @abdiinjireenyakooyesusiqof5848 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuufffffffffeee Ameeeen Ameeeen Ameeeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeeen Waaqayyoo Baraf Jireenya Kee haa Eebbisuu Eebbifami Dacha Mucaa Diibataa Darbii Demee Maaqa Yesusin 👏👏👏👏👏📖📖📖📖📖🙏🙏🙏🙏❤❤❤

  • @workenashwo8552
    @workenashwo8552 4 ปีที่แล้ว

    Wwwaaa Ebbifamii Far/dawiti bayye nama boqochiisaa farfana kee Ebbifamii dacha dachaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹

  • @lensaashennafii884
    @lensaashennafii884 4 ปีที่แล้ว

    Uu waqayyoo isin haa ebisu

  • @mengistugasha1714
    @mengistugasha1714 3 ปีที่แล้ว

    waaqayyoo si eebbisu .
    Haalleluyyaa sababa kakuun nurra jiruuf jiraanne.

  • @wasanesefu1761
    @wasanesefu1761 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeen nama kaku balii hin danda'uu dhugadhaa ebifami

  • @singitandereje9683
    @singitandereje9683 4 ปีที่แล้ว

    Dhugaa faarfannaa humna namatti horuu fi abdii namaaf kennudha. Waqjiraa hedduu galatoomi Eebbifami. Deev atis Eebbifami❤️👏

  • @arifashak6072
    @arifashak6072 4 ปีที่แล้ว +1

    Ebbiifama dacha dachaan ijoolle kakuu 😍😍😍😍

  • @nihangalata2643
    @nihangalata2643 4 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen waqayyoo saa ebbisu ebbifamii

  • @astulove2073
    @astulove2073 4 ปีที่แล้ว

    Ebifamaa waaqayyo isin haa ebisuu ebifamii dev ase atti illee ebifamii nuuf jiradhuu

  • @caaltuuoliqaa129
    @caaltuuoliqaa129 4 ปีที่แล้ว

    uuffeee haleluyyaa farfanaa bayyee nama boqochisuu ebifamaa

  • @hcellhcell6313
    @hcellhcell6313 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifamaa hundii keessanu baayyee namatti tola

  • @beezatujo338
    @beezatujo338 3 ปีที่แล้ว

    Ameen Ameen Ameen Ameen
    Eebbifammaa 🙏🙏🙏🙏🙏
    Waaqayyoo amale Ayaanaa isa isinf yaa bayisu

  • @kennaa102
    @kennaa102 4 ปีที่แล้ว

    Woow waqayoo sii haa eebbisuuu dave

  • @meettiqajeelaahafuuraaqulq6602
    @meettiqajeelaahafuuraaqulq6602 4 ปีที่แล้ว

    Ameeeee ameeen bayyee namatii tolaa waaqayyoo gudadhaa

  • @mekdiphonetastic824
    @mekdiphonetastic824 2 ปีที่แล้ว

    Geta zemenachihun yibarek stegawun yabezalachu dev bezimarewechih bebizu tebarki yalew ye tsegaw balebeti egziyabehern ameseginalw!!!

  • @fouadsaba8710
    @fouadsaba8710 4 ปีที่แล้ว

    Waaqqayyoo isiiin haa ebbisuu 🤲🙏🙏

  • @mesetafa-tp8pk
    @mesetafa-tp8pk ปีที่แล้ว

    Aemmmmn waqaayoo sia eebisuuu ❤

  • @zzooad7405
    @zzooad7405 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeen ameeen haleluuyaa namnii kakuu in baduu ameen iyyesuus ulfadhuu. Ebbiffimaa dachaan ❤❤👏👏👏👏👏

    • @bikiltogarumaa7025
      @bikiltogarumaa7025 4 ปีที่แล้ว

      💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @dinqoo2948
    @dinqoo2948 4 ปีที่แล้ว +1

    Wooww uuuuuuuuuuuffffffeee Nan nyaanee inni Ani sodadhee suunii

  • @kenbonnegash7729
    @kenbonnegash7729 4 ปีที่แล้ว

    Eebbifami!!! NAN NYANNEE INNIN SODADHE SUNI

  • @chialidagafa9414
    @chialidagafa9414 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifaama Saba waqayyo dacha is ha ebbisuu waqayyo ameen ameeeeeeeeeeen ameeeeeeeeen
    Bay'ee namati tolu ebbifaama nufi jiradha sanyi koo waqayyo jirenya keesan ha ebbisuu ameen love jesus you 🤲🤲☝️👏👏👏👏👏🙌🙌🙌🙌❤❤❤❤🙌🙌🙌🙌🙌

  • @ollifantube6775
    @ollifantube6775 4 ปีที่แล้ว +3

    Uuuuuuuffff eeee Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ebbifama Ebbifama waaqayyoo sin haa ebbisuuu dachaan dahchan

  • @oromumandhigaakiyaa2515
    @oromumandhigaakiyaa2515 3 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen ameen waqayoo isiin yaa ebisuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏💚💙💛💜💯💯💯💯

  • @ephremdeseaofficial163
    @ephremdeseaofficial163 4 ปีที่แล้ว +2

    Dave waaqayyoo sii haa eebbisuu akkan si jaalladhu atuu caalmaatti nati himteetta

  • @sabontuujalduu3592
    @sabontuujalduu3592 4 ปีที่แล้ว

    Uuuffffeeeee Ammeeeeeen ebbifamii dachaa dachaa mucaa kakuu

  • @wakenagorba956
    @wakenagorba956 4 ปีที่แล้ว

    Baayyee namatti tola dhugaa ebbifama

  • @yesusiimichuulafaaolaanaba6013
    @yesusiimichuulafaaolaanaba6013 4 ปีที่แล้ว +3

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebifama Ebifama Sabaa Gooftaan waqayyoo sinii ebisuu barii Jireenya keessani yaa Eebifamuu maqaa yesusii hayanichii dacha sinifii yaa bayyatu,📖🎤🏩📗📗

  • @wangeelliifaaddunyaati7481
    @wangeelliifaaddunyaati7481 4 ปีที่แล้ว

    Gooftaan bara Kee hun dumaa Siif haa Eebbisu Eebbifami kana caalaa Ayyaanasaa dachaa dachaa Siif haa baay'isu Waaqayyoon Kee darbii deemii

  • @waesenmekonen8118
    @waesenmekonen8118 3 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuffffffffeeeeebayyee namatitola ebbifamii nama kakuu

  • @bikilajaletaofficial
    @bikilajaletaofficial 4 ปีที่แล้ว

    Ebbifamiii Dawit !!!!!!!!!!!!!!!!!! Nama Kakauuuuuuuuuuu

  • @anibuaadhiigakiristoosi1080
    @anibuaadhiigakiristoosi1080 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuffeey Dhugaa Eebbifami
    Danda'ummaakeen Amana Abdii Namatti Hora