DAWIT MORKA: BURQAA NAGAAKOO

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 30 ก.ย. 2024
  • Singer: #DAWIT MORKA
    Sponsored and presented by #WAKJIRATUBE.
    WAKJIRATUBE financially sponsors and presents #Oromogospel songs and educational videos. All videos on this channel belongs to #WAKJIRATUBE.
    Please subscibe for more Oromo Gospel songs!
  • เพลง

ความคิดเห็น • 480

  • @sultanabate1967
    @sultanabate1967 4 ปีที่แล้ว +32

    አሜን አሜን አሜን ጌታ አብዝቶ ይበርክ ወንድሜ ቋንቋ በይገባም እንኳን ልቤን ይነካኛል የቋንቋ በላቤቱ የሆነው ጌታ ኢየሱስ ይክበር

    • @ettymadanit490
      @ettymadanit490 4 ปีที่แล้ว +1

      አሜን እልልልልልልልልልልልልልልልል❤❤❤❤

  • @almewako6613
    @almewako6613 4 ปีที่แล้ว +8

    Irraa dedeebi'e yoo dhageefadhe iyyuu quufu hin dandeenye waaqayyoo ayyaana isaa dacha siif yaa baayyisu

  • @dawitmorkatube
    @dawitmorkatube 5 ปีที่แล้ว +14

    naa eebbifamaa

    • @efraditto9669
      @efraditto9669 5 ปีที่แล้ว

      Ameeen ebifammaaa

    • @yerusalemii1389
      @yerusalemii1389 5 ปีที่แล้ว

      Nama itti tola farisa kee dhuga waqaayyoo sii haa ebisuu

  • @SusuSasu-mo9ws
    @SusuSasu-mo9ws ปีที่แล้ว

    💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💖💖💖💔💔💔💔💔💔💔💔💔💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲💖💖💖🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤

  • @Biqilaa
    @Biqilaa 5 ปีที่แล้ว +1

    WALALOO YKN LYRICS ISAA WARRI BARBAADDAN LINK KANA FAYYADAMAA th-cam.com/video/pXzSqqmSTGQ/w-d-xo.html

  • @anthonyelias8779
    @anthonyelias8779 4 ปีที่แล้ว +1

    English English English English English English

  • @gabbisafufa3640
    @gabbisafufa3640 ปีที่แล้ว +5

    I can't stop hearing this song!Let your future be bright guys!

  • @mbcmbc2716
    @mbcmbc2716 3 ปีที่แล้ว +1

    Ammeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifama

  • @sisaymersha8768
    @sisaymersha8768 3 ปีที่แล้ว

    Dubartiin uffata dhiira hin uffatiin kan jedhu isin biratti irra utaalamaa??!!!

  • @emabeti8624
    @emabeti8624 2 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ebifama ameen ameen ameen ameen ameen ameen

  • @ettymadanit490
    @ettymadanit490 4 ปีที่แล้ว +2

    ተባረኩልኝ እሰይ ወይ ሀሌ ሉያ..... እግዚአብሔር ስሙ ይባረክ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @umhamdan3140
    @umhamdan3140 5 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen ameeen uuuuuufffffffff kan akka kee eenyuuree kan akka yesus hin jiruu adda ati abbaa koo eebbifamii eebbifama hundii keessanuu ijoollee abbaa koo 🎹🎸🎤🎷👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍💔💔💖💖💓💓💓❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lalistulalistu4216
    @lalistulalistu4216 4 ปีที่แล้ว +3

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen 🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇

  • @HdudhHdudh
    @HdudhHdudh 4 หลายเดือนก่อน +1

    Ameen

  • @AsterAstar-n2c
    @AsterAstar-n2c 2 หลายเดือนก่อน +1

    Eebbifamiiiiiii waaqayyo barafi jireeny ke haa Eebbiisu Ayyaani sif ha baayyattu ❤❤❤❤❤❤

  • @biftuuiluubiftuuiluu7875
    @biftuuiluubiftuuiluu7875 4 ปีที่แล้ว

    Uuuuuuuuuu fffffffffff eeeeeeeeee ebbifama ebbifamaa ijoolee kakuu 📚📚📚📚🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🎸🎷🎻🎻🎷🎸🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎤🎤❤❤❤❤

  • @alemayehuwakjira7337
    @alemayehuwakjira7337 4 ปีที่แล้ว +4

    Amen amen, Burka nagaakoo Ulfaadhu abbaakoo, Muumme dheeraa sinandarbe, Aja'aiba, eebifamaa. Very soft and penetrating inner being, I am extremely blessed, God bless you all.

  • @martatemesgen8896
    @martatemesgen8896 ปีที่แล้ว

    Ameeeeeeeeeeen💓💓💓💓 ameeee ameeeeeeeeeeen💓💓💓💓 ameeeeeeeeeeen💓💓💓💓

  • @hannaaabdisaa5603
    @hannaaabdisaa5603 3 ปีที่แล้ว

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏😭🙏😭😭 uuuuuuuuuuu 🤲🤲🤲🤲🤲🎶🤲🤲🤲🎶🎶🎧🎶📢📢❤️❤️❤️🎶🎶🤲🤲🙏🙏🙏

  • @myntube37
    @myntube37 ปีที่แล้ว +1

    1:16

  • @Tw0li
    @Tw0li 4 ปีที่แล้ว +1

    Walaloo faarfannaa Kanaa kunooti itti eebbifamaa
    Haala koo ilaaltee natti hin gedderamnee
    Jaalalaan na baatta sin dadhabe hin jennee
    Asi achi ilaale yeroon abdii kutuu
    Abdii jigaa dhaabdee jira jetta Guutu
    Enyuu nan wal si fakkeesaree enyuu nan wal bukkee si qabaa
    Jiraachuu koof dafqa dhiigaa buustee situu qabsaa'e naaf wal'aansoo jabaa
    #Kan akka kee eenyuree kan akka kee Addaam kan kee
    Hojii keeti addaaf malee ani nama har'aa mitii
    Halaalas na fiddee dantaa koo baaste gatii
    Akki naaf eenyuree kan garaan naaf dhukkubuu
    Kee kanaan yoo naaf ba'e siin fida jecha yabbuu
    Jechaan utubdee kaaste abdii koo
    Kan kee danoome jira mana koo
    Kam dursa himee kam itti ansaa
    Olmaan kee goofta na dhowweem obsaa
    #Jaalala keetu sammuu koo darbee
    Jechan sii ibsun barbaadee dhabee
    Tolli kee toora galee sammuu koo irraa wal qabaa
    Qindeessee himuuf yaade jecha siif ta'un dhabaa
    Onnee koo irraa finiinee obsa na dhowwa kan kee
    Jechan dhiisu jiraare handhuura jaalala kee
    #Argannoo keetim ani abuurraa dhiigaaf lubbuu
    Caba koof garaa dhiiguu
    Si malee ormi hin qabuu
    Hiree koo ofii baattee cabde naaf caba jabaa
    Siif iyyee kan hin baafne dafqa keen golaa qaba
    Seenaadha naaf olmaan guyyaa guyyaa godaannisa
    Yubantaa koo waan hundaa irra sit garaa na ciibsa
    Yaadannoo koo iddoo guddaa qabda sammuu koo irraa
    Sin dagadhu siinan darbee dhufe muummee dheera
    #Burqaa nagaa koo
    ulfaadhu abbaa koo
    Bayyaannadheeni malee jecha keen madaa ho'aa
    Utuu sii hin taane gooftaa nama har'a maaltu ta'aa
    Dhimma koof situ duule randa du'aatii hiriiree
    Mirga naa dhaabachuu keetiif biyyi /dacheen ragaa mitiree
    #burqaa nagaa koo

  • @muluuwarqi8112
    @muluuwarqi8112 ปีที่แล้ว +1

    💖💖💖💖💖💖💖💖💖

  • @HenseneGuluma
    @HenseneGuluma หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeeeeen Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gammachuuturaa5319
    @gammachuuturaa5319 4 ปีที่แล้ว +1

    Waaqayyoo sihaa'eebbisu! Jecha "walbukkee" jedhutti fayyadamuurra osoo jechoota armaan gadii keessaa tokkotti fayyadamtee gaarii ture. Jechoota "walmaddii" , "walcinaa", "walbira" yokin "walfaana" jedhan keessaa tokko wayya. Jechi "bukkee" jedhu akka loqoda yokin looga afaan Oromoo Arsiitti hiika badaa waan qabuuf jechuu kooti. Yaadi koo yoo waan badaa qabaate, Dhiifama!

    • @WAKJIRATUBE
      @WAKJIRATUBE  4 ปีที่แล้ว +1

      Galatoomi! Kana hedduun namaa dhiyeenyuma baraa jiru. Gara fuul-duraatti inuma qajeela jedheen amana.

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 3 ปีที่แล้ว +1

    Ammeen Ammeen waqayoo sii Haa Ebisuu Ebbiifamii dachaa dachaa dachaa jabadhu waqayoo sii fanaa.haa ta huu amma dhumatii

  • @abdinegesa8738
    @abdinegesa8738 ปีที่แล้ว

    Ameen!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @SoratLama
    @SoratLama หลายเดือนก่อน

    Waqayoo.bara.kee.haa.ebisu.bayuma.natii.tollaa.farsanikee.

  • @solosteed6750
    @solosteed6750 5 ปีที่แล้ว +1

    AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @solosteed6750
    @solosteed6750 5 ปีที่แล้ว +1

    AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @aynelaammasfinee2627
    @aynelaammasfinee2627 2 ปีที่แล้ว

    Ameen waaqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii ayaananii goofta siif haa bayyatuu Wowoowooo 👍👍👍🤲🤲🤲💗💗💞💞❤️❤️🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍♥️♥️♥️💕💕

  • @AsterAstar-n2c
    @AsterAstar-n2c 2 หลายเดือนก่อน

    Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @ghanemcell6862
    @ghanemcell6862 4 ปีที่แล้ว +1

    Amen Eebbiifaamii
    Eebbiifamaa hundduumitii kesanuu Buruqaa Naga koo Amen❤️❤️❤️❤️❤️💯💯🎵🎵🎧🎧💯💯💓🎧🎵🙏

  • @aschalewabera6088
    @aschalewabera6088 4 ปีที่แล้ว +2

    bezi edme yegeta agalgahi mahon edlegna nw

  • @umhamdan3140
    @umhamdan3140 5 ปีที่แล้ว +1

    Burqaaa nagaa koo ulfaadhuu abbaa koo eellleeellleeellleeelll 👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🎷🎹🎸🎤

  • @TadesseDesalegn-ib3ik
    @TadesseDesalegn-ib3ik 14 วันที่ผ่านมา

    Faarfattaan Ani bayyee jaaladhuu ebbifammii Deva

  • @fekadushone4877
    @fekadushone4877 5 ปีที่แล้ว

    Farfanaa kana dhageefadhe hinquufu gofta galani sifata’uu garbicha kee eebisu keeti!

  • @wakweyaolani3741
    @wakweyaolani3741 5 ปีที่แล้ว +10

    Best song that addresses Christ's love for us! How sweet! How structured! I am being blessed listening to this song "Burqaa Nagaakoo" all the time. Blessings!
    May God lavish His more grace on you, Dawit Morka!

  • @kiyyaada4249
    @kiyyaada4249 3 ปีที่แล้ว

    Kani namati jijijiramanee gofataa koo

  • @faayaacimdeessaa9290
    @faayaacimdeessaa9290 6 ปีที่แล้ว +3

    Dawwee goftaan dachaa sii haa ebbisuu eebbifaami

  • @masarratb2407
    @masarratb2407 4 ปีที่แล้ว

    Keesaa koo natuqa iyee kaani hibafine

  • @1234di-l4o
    @1234di-l4o 5 หลายเดือนก่อน

    Ameeeeeeeeeen 🙏 🙏 🙏 🙏 🙏

  • @rahelkedirkedir980
    @rahelkedirkedir980 4 ปีที่แล้ว +1

    Wow farruu gurra harkisu hedduu ebifami Amin eyesus koo🙏💚💚

  • @yedhimeme9657
    @yedhimeme9657 9 หลายเดือนก่อน

    Ameeeen Ameeeeeen Ameeeen ❤

  • @brexbgguyasa8808
    @brexbgguyasa8808 4 ปีที่แล้ว +1

    Yeroo Hundaa Dhaggeffadhee kuufuun Dadhabe Eebbifami!!!

  • @mimibekaa1065
    @mimibekaa1065 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ebifamaa

  • @tigilgetachew8212
    @tigilgetachew8212 4 ปีที่แล้ว

    burqaa nagaa yesus gofta

  • @muluuwarqi8112
    @muluuwarqi8112 ปีที่แล้ว

    Amen amen amen amen amen amen amen amen amen

  • @ettymadanit490
    @ettymadanit490 4 ปีที่แล้ว

    አሜን አሜንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንንእልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልልል👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👍👍👍👍👏❤❤❤❤👏👏👍🇪🇹🇪🇹🇪🇹👍👍👏❤👏👍🇪🇹🇪🇹

  • @betibb6513
    @betibb6513 2 ปีที่แล้ว

    Ameen ebifamii

  • @tafariitulluu6424
    @tafariitulluu6424 5 ปีที่แล้ว +1

    WAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAAW DAAWWIT WAAQAYYO AYYAAANA ISAA SIIF HAA BAAY'ISU AMMA DHUMATTI MANA ISAA KEESSASIHAA DHAABBATU ATIS DHAABBADHUUF

  • @hawwiibayisamuleta6147
    @hawwiibayisamuleta6147 2 ปีที่แล้ว

    Ammmeen ammmeen ammmeen ammmeen ammmeen ammmeen ammmeen ammmeen Haleluyyaaaaa ammmeen ebbifama waqayyo barafi jireenya keesan haa ebbisuu ammmeen

  • @almanassar6459
    @almanassar6459 3 ปีที่แล้ว

    Burqa nagaa kooti yesus ameen ebbiifama ebbifama 🎷🎷📖📖📖📖🤷‍♀️🤷‍♀️🤷‍♀️🎧🎧🎧

  • @laliseklebsa1939
    @laliseklebsa1939 4 ปีที่แล้ว

    Amen Amen Amen Amen Amen ebbifami bara jireenya kee nama kaakuu waqqayyoo jireenyi kee haa ebbisuu ebbifamu Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen

  • @oromumandhigaakiyaa2515
    @oromumandhigaakiyaa2515 3 ปีที่แล้ว

    Ameen ameen ameen waqayoo siin yaa ebisuu 🖤🤍💙💜💚💛🧡❤🤲🤲🤲🤲🤲❤❤🙏🙏🙏💯🙏💯

  • @martinlouther4762
    @martinlouther4762 2 ปีที่แล้ว

    Dhugadha eebbiffam

  • @Rahiima1431Rahina
    @Rahiima1431Rahina 10 หลายเดือนก่อน

    Ameen Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤ebifamaa ❤❤❤

  • @leliseqalibesa3178
    @leliseqalibesa3178 4 ปีที่แล้ว

    Amen ebbifami dachaa brother waqqayyoo si haa ebbisuu jabaadhuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤💓💓💓💕💕❣️❣️♥️♥️💘💘💘💘💘💘💞💞💞💞🧡🧡🧡👏👏👏👏💛💛🏘️🏘️🏘️🏘️🏘️🏘️

  • @gospelmisganu8703
    @gospelmisganu8703 5 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen gootfaan si haa eebbisu mucaa kakuu

  • @hdhdjdbzbsjsj3149
    @hdhdjdbzbsjsj3149 10 หลายเดือนก่อน

    አሜን አሜን አሜን

  • @hnnitahnnita1836
    @hnnitahnnita1836 ปีที่แล้ว

    Ebifamiiii Ebifamiiii Ebifamiiii Ebifamiiii

  • @Lalise-d8c
    @Lalise-d8c ปีที่แล้ว

    Burqaa Nagaa koo ... Kan Akka kee Eenyu ree ... Addaa Kan kee!❤
    Hojii keetu Addaa malee ...
    Akki kee Eenyu ree Kaan Garaa Naaf Dhukkubuu?😢❤❤❤❤❤❤😢
    ...
    Jaalala keetu Sammuu koo Darbee Jecha Sin Ibsuun Barbaadee Dhabee😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
    ....😮😮😮😮😮

  • @anthonyelias8779
    @anthonyelias8779 4 ปีที่แล้ว

    jechan utubdee kaaftee abdiikoo uuuuuuuuuuuufffffffffffffff waaqayyyooo in ol waaqarraa jiruuu barakeef jireenyakee haaaa eebbiissuuu umuriiiiiiiiii tajajiilakee haa dheeratuuu dawwwooooooooo bayanadha malee

  • @mergawakjira2440
    @mergawakjira2440 4 ปีที่แล้ว

    Burqaa nagaa koo(3x) ulfadhu Abbaa koo
    .......
    Otuu sin taane goftaa nama harraa maltuu ta'aa
    dhimma koof situu duule ganda du'aatti hiriiree
    Mirga na dhabachuukeef biyyi ragaa mitiiree
    Mirga na dhabachuukeef dacheen ragaa mitiiree

  • @chialidagafa9414
    @chialidagafa9414 3 ปีที่แล้ว +1

    Ameen god bless you both ameen love JESUS you ameen ameeeeeeeeeeen 👏👏👏❤❤❤✝️🥰💒🌹🌹🌹

  • @anthonyelias8779
    @anthonyelias8779 4 ปีที่แล้ว

    Senna daalaa olmaan guyyaa guyya gondisa xxxxxx. in j alqaba fi dhumaa ta,e akka jalqabde kanit galgalakee sif haa barrechuu daawiiiiii goooftaaa ameeeeeeeeeeeen jedhadhuuuuu

  • @dibooramucaayesuusi4237
    @dibooramucaayesuusi4237 4 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeeeeeeeen Ameeeeeeeen 👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻Ameeeeeeeeen ebifamaaa sabaa kakuuuu

  • @TigitiGadaffa
    @TigitiGadaffa หลายเดือนก่อน

    Ebifami Ebbifami Ebbifami

  • @MetiGelana-u7w
    @MetiGelana-u7w ปีที่แล้ว

    Ameen AmeeenAmeen

  • @hirkobedada395
    @hirkobedada395 5 ปีที่แล้ว +1

    UUF NAMATTII TOLA EEBBIFAMII

  • @diboradibora6956
    @diboradibora6956 4 ปีที่แล้ว

    Amenn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn Amennn tebarku 🎤🎸🎻💕💕💕💕🙌🙌🙌👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @lucienahilfakhouri5553
    @lucienahilfakhouri5553 หลายเดือนก่อน

    eebbifami Waaqayyoo sii yaa eebbisu

  • @muluuwarqi8112
    @muluuwarqi8112 ปีที่แล้ว

    Ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa dachaan

  • @bachuhailu9760
    @bachuhailu9760 ปีที่แล้ว +1

    GOD Bless you

  • @muluuwarqi8112
    @muluuwarqi8112 ปีที่แล้ว

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @mihrethaadhashumbee5914
    @mihrethaadhashumbee5914 6 ปีที่แล้ว +2

    Gooftaan koo Hunda keessan naaf ha'ebbisu!

  • @zaritoukakaba7722
    @zaritoukakaba7722 5 ปีที่แล้ว +1

    Ameeeeeeeeeeee Ameeeeeeee Ameeeeeeeeeee Ameeeeeeeee Ebbifamaa

  • @ruutjesus7417
    @ruutjesus7417 5 ปีที่แล้ว +1

    Ufeeeeeeeeeeeeeeeeekaa" haleeeeluyaaa"! Malooomee goftaan koo si haa ebbisuu( daweekoo") jabaadhuu goftaan koo yesuus si haa ebbisuu" si ebbisee quufuun dadhabe abbaanimo dachaa godhee si haebbisuu waaqara🎤👆🙌🤲

    • @jesusjesus2547
      @jesusjesus2547 4 ปีที่แล้ว

      Ammeee Ammeee Ammeee goftaan sin haebbisuu ebbifama

  • @bilissomtuoromia7162
    @bilissomtuoromia7162 4 ปีที่แล้ว +1

    Wow! I'am nlessed. Ebifami bro.

  • @workineshboset7184
    @workineshboset7184 ปีที่แล้ว

    Gofftaan SiiaaEbessuu.

  • @bontuenchala2993
    @bontuenchala2993 5 ปีที่แล้ว +2

    farun baye jaladhu ebifamaa

  • @SameraHassan-g2t
    @SameraHassan-g2t 14 วันที่ผ่านมา

    Ameeen

  • @hundeyegezu6062
    @hundeyegezu6062 4 ปีที่แล้ว

    adaraa adaraa Dave bible irra deddeebi'i dubbisitiii faarfannnaa akka kana waaqayyootti garaa nama ciibsu faarfadhu

  • @messidubai9323
    @messidubai9323 5 ปีที่แล้ว +1

    Dawekoo ayyani goftaa sif haa dabalamuu ebbifamii

  • @GadiseTolasa-i5r
    @GadiseTolasa-i5r 11 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @adnchiwledeyoutube1462
    @adnchiwledeyoutube1462 3 ปีที่แล้ว

    📚📚🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @kulenigemedabenti3738
    @kulenigemedabenti3738 2 ปีที่แล้ว +1

    What a blessed song! I love it. May the lord Jesus bless you from his abundance brother. Keep it up!

  • @DameDereje-m6t
    @DameDereje-m6t 9 หลายเดือนก่อน

    Ameeen

  • @bayisesinol3734
    @bayisesinol3734 5 ปีที่แล้ว

    Waaqaayoo Akkuma Siboo Ayyanasaa Sii Kenetii Jabadhu Itti Fufi Waaqaayoo Kana Cala Sifaa Haa Baayisuu Jechaa? Barumsaa Waa,ee Farfata fi Amantotaa Itti Fufaa

  • @genet1683
    @genet1683 ปีที่แล้ว

    Ameen

  • @karaanisdhuganisiyeesusqof3537
    @karaanisdhuganisiyeesusqof3537 6 ปีที่แล้ว +2

    Burqaa naga kooo yesus

  • @destatolera4963
    @destatolera4963 2 ปีที่แล้ว

    Ameeen

  • @senaoncho5636
    @senaoncho5636 6 ปีที่แล้ว +1

    Uffeeeee maaluman jedha ayyanisa siif haa dabalamuu so blessed

  • @شرين-ق1ق
    @شرين-ق1ق 7 หลายเดือนก่อน

    Ammeen ammeen eebifamii ebbifamii

  • @tsegayetola5795
    @tsegayetola5795 4 ปีที่แล้ว +2

    God bless you all. Ijoollee Waaqayyoo eebbifamaa.

  • @albertelias9184
    @albertelias9184 4 ปีที่แล้ว

    Jechaa utubdee kaaftee abdiikooooooo uuuuuuuuuufffffffff dhageeeefadhen quufuun dadhabeen dawooo hadhookoooo jabadhuuuu galanniii kan isaaa ameeeeeeeen

  • @naylasreidine3105
    @naylasreidine3105 4 ปีที่แล้ว

    Jirachukoof dafqaa dhigaa cobseee sitti. ..........ufffeeeeeee

  • @MeseretJemo
    @MeseretJemo 5 หลายเดือนก่อน

    Waa😢

  • @bashuutubeejeses9164
    @bashuutubeejeses9164 4 ปีที่แล้ว

    Uuufeeyiii waqayoo barafi Jirenyaa kee haebisuu ayyanisa sifi hadabalamu

  • @hawwiimucaakakuu9818
    @hawwiimucaakakuu9818 2 ปีที่แล้ว

    Ameen Eebbifamii Dachaa dawitti mucaa kakuu 🌹🌹🌺🌺♥️♥️🙏🙏🙏🎤🎤

  • @dinqiturafisa4184
    @dinqiturafisa4184 2 ปีที่แล้ว

    Ameeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen uuuufffeeee ebbifamaa🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏💓💓💓💓