wow naman baayyee jalladhufii kabajuudha ati dave farfannaa kee kanaan duraas baayyee isaatiin fayyineerra kunis eebbafii jijjirrama nuuf qaba ilove this song god bless you until the end
Amazing God bless you again and again ayyaanaa kan caaluu siif haa dabaalu farfaanaa keetiin ebbifaama jiraa waaqayyoo ollii siihaa ebbisuu ebaafi ta,ii❤❤🖐👋
Eergaa guddaa dabarsite Devo! Koo
Eebbifami
Dev koo waaqumti SI haa eebbisu walaloon Kee Sagalee Kee yeedaloo Kee yoomuu ajaa'ibsiifadhee hin quufu naaf jiraaadhu
Amen amen ebbifamii maqa iysuusii darbii biyyaf furmata taa ,ii nun haa gahuu dahangaa itii godhii waqayoo❣❣ ✝️🤲🤲🤲nuf ha bari,uu biftuu fayinaa 🎵🥁🥁🎸🎸🙏
Nuu ga'aa waaqayyoo sii haa ebbiisuu
wel come dave koo ati nama eebbifamaadha waaqumtii kana caaalaa ayyana isaa siif ha baayyisu
wow naman baayyee jalladhufii kabajuudha ati dave farfannaa kee kanaan duraas baayyee isaatiin fayyineerra kunis eebbafii jijjirrama nuuf qaba ilove this song god bless you until the end
AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN AMEEN UFEEEEEE NUF TA'II DA'OO EBBIFFAMMII MUCCAA DIBATTAA
Ooh! thanks! amazing song Dawe. faarfannaa Afaan Oromoo Jjiran keessa kan kee dhaggeeffadhe hin qufu. waaqayyoo dachaa saa eebbisuu. Rabbii ilbisoota bara sirraa haa qabu, jabaadhu. Waaqayyoo si waliin haa tahuu bara kee guutuu. Eebbiffami dachaaaaaaaaaaa!
Amen waaqayyoo hin gaha nun ha jedhuu
Farfannaa yeroo isaa eeggateef kadhata yeroo kanatti ta'uu qabudha. Dave Waaqayyoo si ha eebbisu
WAAQAYYO SI HAA EEBBISU!
Ameeeeeeen ebbifaamii haadhoo koo 💖😍💖😍💖😍💕❤️❤️🙏🥰
AMEEEEEEEEN AMEEEEEN dhugaadha ebiifamii Devi Ayyannii waqayyoo kana calaa siif haa bayya'tu
Deva koo sijaalanna. keep it up❣❣❣❣❣❣
Uff Dave koo waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisu, hedduu jaal'adheera eebbifami
Woow ebbifami Davo, erga yerooti waaqayyo gidduu nuuf haa galu
Farfannaa baayyee namattii toluudha. farfannaa qofa miti kadhannaadhas
Waaqayyoo si haa eebbisu galgalliikee hin badin Daawweekoo!!
Waaqayyoo nuuf haa loluu😭😭
Ebbiifamii dawwee jabadhuu qaxalee koo
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen eebbiifamii gooftaan baraaf jireenyaa kee haa eebbiissuu bro
Uff Daawwiyyee Koo Waaqayyo si haa eebbisu.
dammumaam sagaleenkee, jechoonnikeef ya'aan yeedalookee nuuf jiraadhu sijaallanna deviko
Ameeennnnn
Eebifamiiiii Bro Dave
Hagahu Jedhi Nuf Tahi da'oo🙏🙏🙏💕💕
Dawe koo Ebifamii Waqaayyoo baraa kee haa Ebisuu❤️❤️🙏🙏🙏
Nuuf bariisisi barii fayyinaa😭😭😭😭😍😭🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 gooftaa SI haa eebbisu Daawwe🙏🙏
Nuuf ta'i do'oo! eebbifami Deva koo baayyeen itti eebbifamaa jira.
uufffff garaa nama raasa,inni kennaa kana siif arjoome ha ulfaatu Dave
Goofttaa Dubbadhu!!!! Faarfaanna keessa Koo fi Saba Koo haala keesa jiru ittin kadhadhu...uffiiii
Namakoo guddaa eebbifami!
Ergaa sirrii,yeroo sirriitti!
dhugaa guddaa eebbifami devoo ammayyuu ayyanaa fi ogummaa guddaa kamnarra caalaa siif ha dabalu jechaa baayyee faarfannaa kanatti guddaa eebbifameera .
Ebbifamii Dachaa Dachaan 👏
Dawwwe koo
uffeee Farsaa kanaa Waqaayyoo dabalee si haa Ebisuu Dwe
Bayye hojii baredadha waqayyo si haa Ebbisu👏👏👏💯💯
Uuuuuuufffff Ameeeeen Ameeeeen Abbaa nuf ta'ii daoo Ebbifamaa
Dhugaadha; dirmammuu yoomiyyuu hin irraanfatamne! Eebbifami!
Galannii yesus ilmaa waaqayyoof
Ebbifamii Dawit
Jiraadhu Jabaako dhugaadham "Uleen dabaan nu dirmammeesse" wowow
barafi jirenya kee haa Ebisuu gooftan Ebifama hundi keessanu
Devo dhugaadha ayyaanni gooftaa sirra jiru dhalootaan eebba guddaadha ati eebba dhalootaati umurii nuuf dheeradhu
Ebifaamii qalxaleekoo waqayyoo bara Fi jireenyaa Kee aebisuu adhoko jabadhuu dhugadhaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo baraaf jireenyaa kee haa ebiissuu ebbiiffaammii qaxaalee mucaa kakuu ebiifaamaa
Dve waaqayyoo baraaf jireenya kee haa eebbisu. Jabadhuu qaxalee koo!!!
Yaa gooftaa maloo dubbadhuu
Amazing song davesha God blessing forever
Dav keenya eebbifamii ayyannii isaa siif haa dabalamuu
Haa gahuu jedhii.....Nuf ta'i dawoo. deva ebbifami haadhoko
Waqayyoo goftaan bara fi jienyaa Kee karaa Kee Hundumaa dachaa si haa ebbisuu ebbifaamii ebbifaamii ebbifaamii ebbifaamii dev kenyaa ♥️❤️❣️♥️❤️❣️‼️
Gooftaan Bra kee Haa Eebbisu!!!!!!!!
Gooftaan baraaf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii ebbifaamii haadhoo koo 💘💘💘♥️♥️♥️💘💘🙏🙏🙏
Waaqayyo baraaf jireenya kee haa Eebbisu Dave ✝️💘
Barrikee guutuun fannoo yesus jalaa siif haa tauu dawwe
Uuuuuuuuffffeee ammeen ammeen ammeen ammeen ebbifaammaa ayyaanii waqaayyoo siif haa bayyaatuu hadhokoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
.....Bor Akka har'aa miti utuu jennuu
Nurraa bubbulee......🥲 Dhukkubbii lafee isa cabee dhukkubsatetu beeka Nuuf jiraadhu #Dave🙏
Waaqayyo bara jireenya kee haa eebbisu.
Faarfannaan ati uumaa keenya faarfattu daran na gammachiisa.
*Ameen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee ebbifamii dachaan dachaan Dawwee koo nuu Gahee Jedhii Gooftaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭📖📖📖📚📚📚📚📚🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼*
Dave Gooftaan si haa eebbisu ammallee ayyaana kana caaluu sirratti haa dhangalaasu🙏🙏🙏
Dv bayye namat tola ........................ BLLESSSSSSSSSDDDDDD
Loli isaa nuu Lole....God bless you Dave.....!!!
Guddaa eebbifami, eebbifamaa koo!
Bg nagaan nuuf dhuftee D/koo❤️ waaqayoo goftaan baraaf jirenyaa kee dachaa Haa Eebbisuu Eebbifamii Qaxalee keenyaa
Ebbifamii nama waqayyoo dawit morkaa ayyana dachaa sif kenuu
Uuuuuuuuuuuffffeee ebifaamii dachaa 😭😭😭😭😭😭
Amen ameen ebbifamii dachaa dachaa dev
Uuuffee waaqayyoo mul'ataaf dibataa kana caaluun sii haa ebbisuu mucaa kakkuu ebbaaf ta'ii ameeeeen ameeeeen🥲🥲
Waaqayyo sihaa eebbisu Dawwee!
Amazing dave may God bless you, right song for the right time for the right people dave thank you
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamii dave 😭😭😭😭🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Welcome Dev.
Nuuf ta'i Da'oo
Waqayyoo sii haa eebbisuu 100%
Ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa hundumttuu gooftaan ☝️ isin haa eebbisuu dachaa dachaan
Uuufffff hagahu jedhii😭😭😭😭ebifamii nama ayyana bilchatee nama waqayyoo
Waqayoo baraaf jirenyaa kee haa ebisuu ayanni Waqayoo kana caalaa siif haa bayaatuu
Bagaa nagan dhuftee dav Abifami🙏🙏
Devookoo Hojii ajaayibaati waaqi si gargaare haa eebbifamu 💕💕 Ergaa dhalootaati🥰💯
Wow Amazing Dav
Ameeeeen tiruukoo ebbifamii dachaan qaxxalee wayii ❤️❤️
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebifama dachaa dachaa uuuufff yesuuse koo ulfadhu Kan cala darbii demiiiiiii wangelaaf jiradhu
Uffee Dave Waaqayyo sihaa eebbisu ameen
Devo eebbifamaa namaa ammayyuu eebbifami dachaaaaaa
Eebbiifamii
Ebbifami deva Koo ammas ganna album sirraa egna
Ameeeeeen ameeeeeeen ameeeeeen ebbifamii gooftaa baraaf kenyaati araramii🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Amazing God bless you again and again ayyaanaa kan caaluu siif haa dabaalu farfaanaa keetiin ebbifaama jiraa waaqayyoo ollii siihaa ebbisuu ebaafi ta,ii❤❤🖐👋
Ajaayiba bro be blessed❤❤
Woooow ebbifamii Devo
DAWIT waqayyoo abba koo si yaa ebisuu yeroo kamiyuu farsa kee nama boqachisa farsa raga jedhee erga gidda qabaa ebifami amayuu itti jabadhuu jaba mucaa kakkuu
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifamii dachaa uuuuuuuffffee
ebbiffaami dawit farsaa keetin baay'ee eebbifamerra waaqayyoo ammas dachaa sii haa eebbisuu
Amazing dave, May God bless you dave
Wow baraafi jireenyaa kee Haa eebbisuu gooftaan koo
Uuuuuufffff yeesuus koo abba furmata nu yaadadhuu 😭😭😭😭
Waqayoo baraaf jirenyaa kee haa eebisuu📖🙏📖🙏
#Woooooow_Amazing_dave💝💝💟💟
Yoo farfatan akkas kuno dawwee koo Waaqayyo si haa eebbisuu !!!
Amen
Ebifamaaii dave❤️❤️👏👏
Jaallatamaakoo silas yeroo akkasii ragaduu osoo hin taane faarsaa akkasiin fuula gooftaa barbaddachuutu nuuf malaam!
Naaf eebbifamii!!!
Eebbifami ,waaqayyo si haa eebbisu
Eebbifami Guddaa Mucaa Abbaa Koo
Goftan koo Iyyasuus si yaa eebbisu Daawwit!!
Devok ebbifaamii guuda👍♥️
Wow Devo Ebbiifamii
Gooftaan si haa eebbisu .waaqayyoo barii dinqisiisa nuuf haa baasu.
Dubaadhu malo goftaa dubadhuu😭😭🙏 Ebifamii bro🥰