ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Dawwee koo jabaa koo waaqayyoo si haa eebbisuu.baay’ee ergaa nama eebbisuu dha
Uuffffeeee dhugaa faarfannaa kanaan hedduu eebbifameera waaqayyoon ammayyuu ayyaana isaa siif haa dabalu
baay'ee namatti tola, eebbii waaqayyoo ammas dachaan siif haa baay'atu. Hojiikee hundatti gargaarsi waaqayyoo si wajjin haata'u!!! "sagalee ...."
Ameeeeeeen ebifaamii tiruu Koo bagaa kenyaa tatee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Sagaleeeeeeee......Narra Jira Kakuun! Waaqayyo si haa eebbisu mucaa Waaqayyo!
Dawwit Waaqayyo guddaasaa sin ebbisuu dhugaa farfannaa ken ebbifameera
Faarsaa yerooti ulfaadhu hafi Ayyaana isaa keessatti!!!!
dave ebbifaamii silaa malaan jedhaa miti,long live
Daweeeeeee koo ammallee waaqayyoo si haa eebbisuu, eebbifamii bara baraan........................................
Wow karaa hundumaanu hojii baayyee gaarii fi Abdii namatti horuu dha. Waaqayyo hunda keessan haa eebbisu!
Dave really jireenyi koo naa fayyisera baayen itti ebbifamii humna qabaa .....sagaalen.dachaa siif hadabalamu.
itti eebbifamneerra D Waaqayyo si haa eebbisu ergaan sirraa hin dhabamiin
Malooo eebbifamii waqaayyoo sii eebbisuu Dawee koo
Eebbifami... waqayyo kanaa ol beekumsaaf dandeettii aaddaa sii haa dabalu
Waqayyo baraakeef jireenyaakee yaa eebisuu dachaa dave
Ayyanaa kan caaluu siifihaa dabalu ameen ameen ameen eebbifiamii dachaa dawwee
Wow dha dhugaa as hafee hinqabu Dave eebbifami!!!
uffee davi koo eebbifami ayyaanni waaqayyoo daddabalee siif haa baayyatu
ufffeee Farsaa kanaa dhagefadhee qufuun dadhabee❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Ameeeeeen Ebbifamii muca kakuu gooftaan baraaf jireenya kee haa ebbisuu kana caalaati goftaa koo ayyaana isiinif haa baayisuu nuf jiraadhuu
Uuuuuuufffffffeeeeeee kaa waqayyoo baraaf jirenyaa kee haa Ebbisuu ebbifaamii haadhoo koo ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢
Papapapappaa papapaa fuudhi achii!!! Akkas malee faarfannaan. Eebbifami!Qaxalee ilmaa!
Wow waqayoo issiin haa ebisuu ebifaama hundumtti kessaan iyyuu
Bara kee ha Eebbisu Waaqayyo!1!DV@. Ayyannisa dacha dacha siif haa bay'atuu!!..
Uffffeeee hadhoo koo ayanomii kanuma calaa ayanii goftaa sif ha dabalamuu ooooo hale luyaa sagalen dhugaa hunda danda'a
haala akkasi kana keessatti faarfannaa akkasi dhagahuukoof baayyeen gammada!!!! sababiinsa.......God bless u dave. have a long life!
Ebifamii Dawe farfanna dhagefatamee hin quufamnee waqayyoo Ammayyuu ayyaana isaa sif haa baayyisu Ebifamii
Dibati sirra jiruu hojiisaaf sinteessisu hojii jabaa akkasii kan dhalootni ittiin hundee godhatus kan sikeessaa burqu argachuun daran nama gammachiisa eebbifami ammayyuu dave
Waaqayyoo haa isini ebisuu Eebifamaa Eebifamaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa hunidii keessani matii Waaqayyoo 🙏🙏👏👏
Gooftaan baraaf jireenyaa kee haa ebbissuu Dev ebbifamii maqaa yesuusini
Dave waaqayyoo si haa eebbisuu
Wawu dhugaa dubbaachuf faarsaa mudda hin qabne karaa hundaan ergaa sirii kan dabarsudha.Waqayyoo saa ebbisuu Dave koo
Devo koo waaqayyoo si haa eebbisu jabdukoo
Dinqadha Wowoowooo baay'ee nama gammachisaa akkuma sagalee waaqayyoo Nama eebbisuuWaaqayyoo baraa kee haa eebbisuu jabaadhuu mucaa kakuu dhokasa gadi fagoo dubbicha waaqayyoo siif haa ibsuu akkuma garaa dhaloota sitti gammadee garaan waaqayyoo sitti haa gammaduu eebbiffamii💞💞💞💖💖💕👍👍👍💯💯💯💯💯🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️❤️❤️❤️💕💕💗💗
Hojii ajaayibsiisaa dha. Waaqayyo haa kabajamu! Devo jecha hin qabu. Sanyii fi Lalisaadhaanis jabaadhaa ammayyuu naa jedhiin!
Ebbifami dacha dachaa waqayoo baraf jirenya ke ha ebbisu
Deva koo ebbifamii ammallee ammallee ammallee😍😍😍
Uuuuuuuuuuff maloo mucaa kakuuu Ayyanii Waaqqayoo Dachaaa Isiinif hàa Bayyatuu Amallee Lafa jirttaanitii Ebbiifama namaa waqayoo Far Daveee koooooooooooo
Nan danda'uu hadhaan dhaloota hidde waaqayyootu cichee du'a koo didee.! Natti himeera didaan akka naa sarmuu akka durisana sichi naa sodaatamu! Omg bless you davoo ♥️sagaleen qabbana waaqayyoo bara jireenya kee guutuu haa eebbisuu jabduu gooftaan qabuu ijoollee like godhaa malee maal sirbafuu meeqan keenyaatu like gochaa oolaati marree sagalee waaqayyoo isa Jireenya namaf keennu kanaf like hin xiqqaaturee 😭🙏♥️
Gooftaan baraaf jirenyaa kee gutumaa baraa kee haa ebbisuu ebbifamii ebbifaamii haadhoo koo ♥️♥️♥️♥️😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲💔💔💔💔💔💔💔📚📚📚📚📚📚📚
Uuuuuuuuuuffffffffeeeeenaaf, Ebbifaami Hadhookoo
Waaqayyo si haa eebbisu DEVAKO
Ammmmmeeeeeeeeeen Ammmmmeeeeeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa
Wwwwwwww ,Ofii isattii Amanee iraa na busee karaa, isaa jiruu maltuu na hunkuura !!!!!!!!Ayyaaanichiu Dachaadhan Siif haa dabalamuu dev💘💘💘💔💔💔💔💔📖📖📖📖📖📖👈👈👈
hojii ajaa'ibatti daawwee waaqayyoo sii haa ebbisuu
Sagalee.......!!! wooowwww ammayyuu ayyaanni Waaqayyoo siif haa baay'atu Dave koo....
Dhugaa Dava koo waaqayyoo akka addaatti si duuka jira.Baay'ee natti toleera dubbii Waaqayyoo isa du'a nama oolchuu qabattee hin duutu!
Wow DEVA faarfannaa baayyee namatti toludha. Jabaadhu Waaqayyo si wajjiin haa ta'uu
Ebbifami Deva....sagaleen danda'aadha!!!!!
sagaleeni ahaahaaaaa sagaleeniiiiiiii haleluyyaaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!eebbifami Daawwit
sagaleen baay'een gaariidha waaqumtii waaqarraa sii haa eebbisuu dhugaa Dawwee
baga waaqayyoo si gargaaree Jabaadhuu hojii guddodha Dawit
Ameen ebbifami 🙏Dawit bayyee faruu bareddudha 🙏💕💓❤️
Deva koo Eebbifamii jabaadhu nama kakuu!
Ebbifamaa waqayyo bariif Jirenyaa keessan yaa ebbisuu ebbifamaa
Dawwe ebbifamii ayyanisa siifi ha baay'aattuu
Woow baay'ee namatti toolaa ebiifamii dacha dachaa
Wowwoowow gotcha wanggela jabadhuu 💔 gooftan kana cala sifa dabaluu farfanna keee hundu isayuu Abdii namati hora irra debiye dhagefadha farfanna kee jabadhuusa ebbisuu Waqayyoo 💔💔💔💔💔💔💔❤️💔❤️💔♥️💔♥️💔♥️💔♥️💔♥️👏
Uuuuuuuufffffffeekaa Eebbifami si irratti haa hafu Sirraa hin fudhatamin Ayyaanichi ❤❤❤❤
baay'een si jaalladha daawwee koo waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisu
UUUUUUUfffeee Deva Ebbiifamii Dachaa
Waaw faaruu ajaa'ibaadha. Eebbifami Dave
Ebbiifamii Dawee
Eebbifami Guddaa itti siif haa dabalamu
Ammmmeeen ammmeen Eebbifamii dachaa
Gootaa farafanaa.....
Omg 😮👏👏👏👏 Devuuu koooo Jabadhuuu
Hin qufamuu dhagefatamee sagale keeUuuuufff waaqayyoo fi hin danda'amaa🙏🙏🙏🙏guuyaa gutuu farfannaa kena dhagefadha olee uuuuuuuff sagale haaa😍😍😍
Ebifamii Jabaa kenyaa Dawitiiyeee
Divo ebbiifamii qaxalee keenyaa dacha sirraattii ha dabalamuu ayyanichii
Nama inni iyyaafate awwaalli iyyuu hin dhoksu!!! uffeeee ameen! ameen !!
Ebifaamii waqqayyoon si haa Ebisuu baraa Kee gutuu
Wawawa farfana ayana gudaa qabu uuuuuuuuuuuuuuuuffffffeeee Ebifamiii Devee 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen halaluyaa ebbifamii dachaa Dave
namatti tola baayyee, vedio hiika qabudha, bareedaadhas. Eebbifamii S Dave!
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamii uuuuuffffeeeee Deve koo stay blessed
Uuuuuuuuufffffffeeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamii faarfata Dawit
Good job devoko eebbifami dibamaa koo nuuf jiraadhu
GREAT TOPIC SAGALEENI!!!!! DAVE HONEST MAN !! JABAADHU DAWWEE AMMA DU,A LUUBBUTTII...........
Wow Hujii Gaara Golgoota! Devi Ayyaanni Gooftaa Kenna fi Fiyyisaa Kenna Iyesuus Kiristoos Siif Haa Bacaatu!❤
Baga waaqayyo isin gargaare Deva!
Waaqayyo si haa eebbisu Dev keenyaa
Uuufffffeeee wan aja,ibaatii Ebifamii Dawee❤️
wowo eebbifami nama waaqayyoo
Uuuuuffee ameeeeen ameeeeen ameeeeen gooftaan ayyannaa isaa sif haa baay'isuu ammaayyuu darbii adeemii hoomtuu si qabuu hin danda'inni maqaa yesuusin ❤️❤️❤️❤️🙏
Wowow Waqayoo kanumani Calatii Sii haa Ebisuu daarbii humtuu sin qabnii mucaa Kaakuu 🥰😌🙏🙏
Ebbiffami dawee qaxaale mucaa waqaayyoo
sagalessa dua.a bolla kasaa waqayyo si haa ebbisu farafanna bay.ee bareda inni dubbisafi amanamadha
Uuuufffffeeee ameen ameen ebbifamii dachaan dachaan dawii koo bayyee namati tolaa farfana kunii bayyee nama boqochisa♥️♥️♥️♥️♥️
Ebiifamaa koo nu mararta isaa dhugaa devoo 😘😘😘😘😗
Eebbifami Maqaa iyesuusiin eebbifamaa ayyaanni waaqayyo isiniif haa baay'atu saba wqyo 😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeeeen waaqqayyoo siaebisuu bayyeeeeee sijalana jabadhu 🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙇♂️🙇♂️🙇♀️🙇♀️🙇🙇🙇
Eebbifami nam jabaa keenya!
Wwwooowww mucaa kakuu Ebbifamii jiradhuu 🙏🙏🙏🙏
Ammeen ebbifamaa dhugaa ayyan kun dachaa siirra haa buftuuu #Devekoo ebbifami gudaa far ergaa gudaa qabuu laphee Nama cabbisuuu
deva nama waaqayyoo faarsaa ajaa'ibaati eebbifami dhugaa
wooooooooow so amazing song Eebbaaf tahii #DAAWWITI KOO
farfannaa bareedaadha, eebbifami
Daawwee eebifammii nuuf jiraadhu!!!
I'm Crazy About This Song God Bless your All Life and your Ministry 🙏Director 💪Cloth 💪cinematography 💪Color 💪Areas 💪Music 💪Thank you for Move our Spiritual Art 1️⃣ Step
Dawwee koo jabaa koo waaqayyoo si haa eebbisuu.baay’ee ergaa nama eebbisuu dha
Uuffffeeee dhugaa faarfannaa kanaan hedduu eebbifameera waaqayyoon ammayyuu ayyaana isaa siif haa dabalu
baay'ee namatti tola, eebbii waaqayyoo ammas dachaan siif haa baay'atu. Hojiikee hundatti gargaarsi waaqayyoo si wajjin haata'u!!! "sagalee ...."
Ameeeeeeen ebifaamii tiruu Koo bagaa kenyaa tatee ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Sagaleeeeeeee......Narra Jira Kakuun! Waaqayyo si haa eebbisu mucaa Waaqayyo!
Dawwit Waaqayyo guddaasaa sin ebbisuu dhugaa farfannaa ken ebbifameera
Faarsaa yerooti ulfaadhu hafi Ayyaana isaa keessatti!!!!
dave ebbifaamii silaa malaan jedhaa miti,long live
Daweeeeeee koo ammallee waaqayyoo si haa eebbisuu, eebbifamii bara baraan........................................
Wow karaa hundumaanu hojii baayyee gaarii fi Abdii namatti horuu dha. Waaqayyo hunda keessan haa eebbisu!
Dave really jireenyi koo naa fayyisera baayen itti ebbifamii humna qabaa .....sagaalen.dachaa siif hadabalamu.
itti eebbifamneerra D Waaqayyo si haa eebbisu ergaan sirraa hin dhabamiin
Malooo eebbifamii waqaayyoo sii eebbisuu Dawee koo
Eebbifami... waqayyo kanaa ol beekumsaaf dandeettii aaddaa sii haa dabalu
Waqayyo baraakeef jireenyaakee yaa eebisuu dachaa dave
Ayyanaa kan caaluu siifihaa dabalu ameen ameen ameen eebbifiamii dachaa dawwee
Wow dha dhugaa as hafee hinqabu Dave eebbifami!!!
uffee davi koo eebbifami ayyaanni waaqayyoo daddabalee siif haa baayyatu
ufffeee Farsaa kanaa dhagefadhee qufuun dadhabee❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Ameeeeeen Ebbifamii muca kakuu gooftaan baraaf jireenya kee haa ebbisuu kana caalaati goftaa koo ayyaana isiinif haa baayisuu nuf jiraadhuu
Uuuuuuufffffffeeeeeee kaa waqayyoo baraaf jirenyaa kee haa Ebbisuu ebbifaamii haadhoo koo ♥️ ❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢
Papapapappaa papapaa fuudhi achii!!! Akkas malee faarfannaan.
Eebbifami!
Qaxalee ilmaa!
Wow waqayoo issiin haa ebisuu ebifaama hundumtti kessaan iyyuu
Bara kee ha Eebbisu Waaqayyo!1!DV@. Ayyannisa dacha dacha siif haa bay'atuu!!..
Uffffeeee hadhoo koo ayanomii kanuma calaa ayanii goftaa sif ha dabalamuu ooooo hale luyaa sagalen dhugaa hunda danda'a
haala akkasi kana keessatti faarfannaa akkasi dhagahuukoof baayyeen gammada!!!! sababiinsa.......God bless u dave. have a long life!
Ebifamii Dawe farfanna dhagefatamee hin quufamnee waqayyoo Ammayyuu ayyaana isaa sif haa baayyisu Ebifamii
Dibati sirra jiruu hojiisaaf sinteessisu hojii jabaa akkasii kan dhalootni ittiin hundee godhatus kan sikeessaa burqu argachuun daran nama gammachiisa eebbifami ammayyuu dave
Waaqayyoo haa isini ebisuu Eebifamaa Eebifamaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa hunidii keessani matii Waaqayyoo 🙏🙏👏👏
Gooftaan baraaf jireenyaa kee haa ebbissuu Dev ebbifamii maqaa yesuusini
Dave waaqayyoo si haa eebbisuu
Wawu dhugaa dubbaachuf faarsaa mudda hin qabne karaa hundaan ergaa sirii kan dabarsudha.
Waqayyoo saa ebbisuu Dave koo
Devo koo waaqayyoo si haa eebbisu jabdukoo
Dinqadha Wowoowooo baay'ee nama gammachisaa akkuma sagalee waaqayyoo Nama eebbisuu
Waaqayyoo baraa kee haa eebbisuu jabaadhuu mucaa kakuu dhokasa gadi fagoo dubbicha waaqayyoo siif haa ibsuu akkuma garaa dhaloota sitti gammadee garaan waaqayyoo sitti haa gammaduu eebbiffamii💞💞💞💖💖💕👍👍👍💯💯💯💯💯🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️❤️❤️❤️💕💕💗💗
Hojii ajaayibsiisaa dha.
Waaqayyo haa kabajamu!
Devo jecha hin qabu. Sanyii fi Lalisaadhaanis jabaadhaa ammayyuu naa jedhiin!
Ebbifami dacha dachaa waqayoo baraf jirenya ke ha ebbisu
Deva koo ebbifamii ammallee ammallee ammallee😍😍😍
Uuuuuuuuuuff maloo mucaa kakuuu Ayyanii Waaqqayoo Dachaaa Isiinif hàa Bayyatuu Amallee Lafa jirttaanitii Ebbiifama namaa waqayoo Far Daveee koooooooooooo
Nan danda'uu hadhaan dhaloota hidde waaqayyootu cichee du'a koo didee.! Natti himeera didaan akka naa sarmuu akka durisana sichi naa sodaatamu! Omg bless you davoo ♥️sagaleen qabbana waaqayyoo bara jireenya kee guutuu haa eebbisuu jabduu gooftaan qabuu ijoollee like godhaa malee maal sirbafuu meeqan keenyaatu like gochaa oolaati marree sagalee waaqayyoo isa Jireenya namaf keennu kanaf like hin xiqqaaturee 😭🙏♥️
Gooftaan baraaf jirenyaa kee gutumaa baraa kee haa ebbisuu ebbifamii ebbifaamii haadhoo koo ♥️♥️♥️♥️😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲💔💔💔💔💔💔💔📚📚📚📚📚📚📚
Uuuuuuuuuuffffffffeeeeenaaf, Ebbifaami Hadhookoo
Waaqayyo si haa eebbisu DEVAKO
Ammmmmeeeeeeeeeen Ammmmmeeeeeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa
Wwwwwwww ,Ofii isattii Amanee iraa na busee karaa, isaa jiruu maltuu na hunkuura !!!!!!!!Ayyaaanichiu Dachaadhan Siif haa dabalamuu dev💘💘💘💔💔💔💔💔📖📖📖📖📖📖👈👈👈
hojii ajaa'ibatti daawwee waaqayyoo sii haa ebbisuu
Sagalee.......!!! wooowwww ammayyuu ayyaanni Waaqayyoo siif haa baay'atu Dave koo....
Dhugaa Dava koo waaqayyoo akka addaatti si duuka jira.
Baay'ee natti toleera dubbii Waaqayyoo isa du'a nama oolchuu qabattee hin duutu!
Wow DEVA faarfannaa baayyee namatti toludha. Jabaadhu Waaqayyo si wajjiin haa ta'uu
Ebbifami Deva....sagaleen danda'aadha!!!!!
sagaleeni ahaahaaaaa sagaleeniiiiiiii
haleluyyaaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
eebbifami Daawwit
sagaleen baay'een gaariidha waaqumtii waaqarraa sii haa eebbisuu dhugaa Dawwee
baga waaqayyoo si gargaaree Jabaadhuu hojii guddodha
Dawit
Ameen ebbifami 🙏
Dawit bayyee faruu bareddudha 🙏💕💓❤️
Deva koo Eebbifamii jabaadhu nama kakuu!
Ebbifamaa waqayyo bariif Jirenyaa keessan yaa ebbisuu ebbifamaa
Dawwe ebbifamii ayyanisa siifi ha baay'aattuu
Woow baay'ee namatti toolaa ebiifamii dacha dachaa
Wowwoowow gotcha wanggela jabadhuu 💔 gooftan kana cala sifa dabaluu farfanna keee hundu isayuu Abdii namati hora irra debiye dhagefadha farfanna kee jabadhuusa ebbisuu Waqayyoo 💔💔💔💔💔💔💔❤️💔❤️💔♥️💔♥️💔♥️💔♥️💔♥️👏
Uuuuuuuufffffffeekaa Eebbifami si irratti haa hafu Sirraa hin fudhatamin Ayyaanichi ❤❤❤❤
baay'een si jaalladha daawwee koo waaqayyoo bara jireenya kee haa eebbisu
UUUUUUUfffeee Deva Ebbiifamii Dachaa
Waaw faaruu ajaa'ibaadha. Eebbifami Dave
Ebbiifamii Dawee
Eebbifami Guddaa itti siif haa dabalamu
Ammmmeeen ammmeen Eebbifamii dachaa
Gootaa farafanaa.....
Omg 😮👏👏👏👏 Devuuu koooo Jabadhuuu
Hin qufamuu dhagefatamee sagale kee
Uuuuufff waaqayyoo fi hin danda'amaa🙏🙏🙏🙏guuyaa gutuu farfannaa kena dhagefadha olee uuuuuuuff sagale haaa😍😍😍
Ebifamii Jabaa kenyaa Dawitiiyeee
Divo ebbiifamii qaxalee keenyaa dacha sirraattii ha dabalamuu ayyanichii
Nama inni iyyaafate awwaalli iyyuu hin dhoksu!!! uffeeee ameen! ameen !!
Ebifaamii waqqayyoon si haa Ebisuu baraa Kee gutuu
Wawawa farfana ayana gudaa qabu uuuuuuuuuuuuuuuuffffffeeee Ebifamiii Devee 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeeen halaluyaa ebbifamii dachaa Dave
namatti tola baayyee, vedio hiika qabudha, bareedaadhas. Eebbifamii S Dave!
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamii uuuuuffffeeeee Deve koo stay blessed
Uuuuuuuuufffffffeeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamii faarfata Dawit
Good job devoko eebbifami dibamaa koo nuuf jiraadhu
GREAT TOPIC SAGALEENI!!!!! DAVE HONEST MAN !! JABAADHU DAWWEE AMMA DU,A LUUBBUTTII...........
Wow Hujii Gaara Golgoota! Devi Ayyaanni Gooftaa Kenna fi Fiyyisaa Kenna Iyesuus Kiristoos Siif Haa Bacaatu!❤
Baga waaqayyo isin gargaare Deva!
Waaqayyo si haa eebbisu Dev keenyaa
Uuufffffeeee wan aja,ibaatii Ebifamii Dawee❤️
wowo eebbifami nama waaqayyoo
Uuuuuffee ameeeeen ameeeeen ameeeeen gooftaan ayyannaa isaa sif haa baay'isuu ammaayyuu darbii adeemii hoomtuu si qabuu hin danda'inni maqaa yesuusin ❤️❤️❤️❤️🙏
Wowow Waqayoo kanumani Calatii Sii haa Ebisuu daarbii humtuu sin qabnii mucaa Kaakuu 🥰😌🙏🙏
Ebbiffami dawee qaxaale mucaa waqaayyoo
sagalessa dua.a bolla kasaa waqayyo si haa ebbisu farafanna bay.ee bareda inni dubbisafi amanamadha
Uuuufffffeeee ameen ameen ebbifamii dachaan dachaan dawii koo bayyee namati tolaa farfana kunii bayyee nama boqochisa♥️♥️♥️♥️♥️
Ebiifamaa koo nu mararta isaa dhugaa devoo 😘😘😘😘😗
Eebbifami Maqaa iyesuusiin eebbifamaa ayyaanni waaqayyo isiniif haa baay'atu saba wqyo 😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeeeeen waaqqayyoo siaebisuu bayyeeeeee sijalana jabadhu 🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙇♂️🙇♂️🙇♀️🙇♀️🙇🙇🙇
Eebbifami nam jabaa keenya!
Wwwooowww mucaa kakuu Ebbifamii jiradhuu 🙏🙏🙏🙏
Ammeen ebbifamaa dhugaa ayyan kun dachaa siirra haa buftuuu #Devekoo ebbifami gudaa far ergaa gudaa qabuu laphee Nama cabbisuuu
deva nama waaqayyoo faarsaa ajaa'ibaati eebbifami dhugaa
wooooooooow so amazing song
Eebbaaf tahii #DAAWWITI KOO
farfannaa bareedaadha, eebbifami
Daawwee eebifammii nuuf jiraadhu!!!
I'm Crazy About This Song God Bless your All Life and your Ministry 🙏
Director 💪
Cloth 💪
cinematography 💪
Color 💪
Areas 💪
Music 💪
Thank you for Move our Spiritual Art 1️⃣ Step