ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Maaloo Daawwee koo Faarfannaa Ispaayinaalkoordii Seexanaa burkuteessu nuuf faarfatte eebbifami 🥰❤💪
jabaa sii jabeesse hojii guddaa kana akka hojjeetuf si gargaareef galannii haata'u. eebbifami!!! isa caalun deebi'ii kottu!
Deva koo guddaa eebbifami. Farfanna Dhama qabu. Mi'awaa ta'e Sagalee waaqayyoo isa oolchaa fi dinqisiisaa ta'een dabaalame qabatte as baate. Jabaadhu. Waaqayyo Ayyana fi eebba isaa sirratti Haa dhangalaasu.
Dawe Mucaa Ebifamaa Namaa dibannii waqaayyoo irraa jiru Ayyaanaa Qabessa Namaa ebifamii Nuf jiradhuu ♥️♥️
❤🎉 wow amazing❤🎉
“Yesus, "Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna.” - Yoh. 10:11Yesuus tiksee amanamaadha dhugaa❤ in amanamas inni Waan amanamuuf lubbuusaa dabarsee nuuf kennem❤
Bu'ura faarfannichi irratti ijaarame argatteetta, eebbifami!
Daawwe waaqayyo bara Kee jireenya Kee haa eebbisu♥️♥️♥️🙏
Dev❤ it is great to have a strong calm and mature person like you among our singers! your songs are blessed! still keep up the good work more is available ! you are truly a blessed singerBless more again
Margee inuma jirtaa garuu?
Ishoo Bagaa Dadhabamatee! Eebbifamii😍😍😍
❤❤❤❤ ebifamii jabadhuu dawooo koo❤❤❤❤
Galatomii
Kan biraa fidii mee sagalen kee maf akkas baredaa bunaa hin dhugduu atii
You are blessed Devokoo ❤❤
I love you both❤
Biqoookoo siin illee akkattin jaaladhumee bayyeen Si Lova dhugaa❤❤
Biqilaa koo Ani moo jalala keeti naa qabee jiraa
@@almaz2227 kana irratti bilbiliifka
. .ffcv😊p8😊😊6t😂@@bikochannel7736
Meeqan irraa deddeebi'ee dhaggeeffadhe garuu quufun dadhabee ittimaa nattii mi'aa deeme farfannaa samii nama hawwisisuu waaqayyoo abbaan gooftaa keenya yesus kristos kanuma caala sagalee isa damma caalaa mi'ahuun kanaan sihaa guutuu
Daviyyee eebbifami
Baga Dadhabamtee Leenca koo......Eebbifami......faarfannaa dhugaadhaan ayyaanni Waaqayyoo irraa jirudha. Kennaa kee kanaan kanarraa akka ati Gooftaa kee tajaajiltus abdii guddaan sirraan qaba.
Ebbiifamii nama waaqayyoo
WOW waaqayyo sa Eebbisuu Dawe koo
An Dadhabamera Wowow ergaa guddadha Ebbifamii Jaaba keenya itti Fufii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤eebbifamaa Eebbifamaa
Wow bayyee bareda
dachaan ayyaanni siif haa baay'atu devoo❤❤❤
It has been 3 days & I can't stop listening to this wonderful gospel song God bless you DAVE
DAAWWEE Eebbifamaako nuu jiraadhu! amazing song
Ebifamii deve Waqayyoo baraa kee haa ebisuu ❤❤❤❤❤❤ Ameeeeeeen haleeluuyaaa ❤❤❤❤❤
Davoko karaakee isa nu eebbisu Waaqayyoof ulfinni haa baay'atu 🙏Baay'ee si jaallanna oluma oluma adeemi haalota gararraa eebbaan nuuf jiraadhu
Wow Dev Guddaa Ebbifamii kanaraa Ayyaanii waqaa siif haa baay'atuu
Ameeeeee Ameeeee eebifamii waqayyoo barafi jireenyaa kee hundumaa yaa eebisuu ayyannii waqayyoo kanumaa caalattii siif yaa dabalamuu haadhoo Koo 🙏🙏🙏🙏
Ayyaanni sirra jira, kennaa kanattis waamamteetta, Ergaan karaa kee dhufu lafee namaatti asaasa! EEBBIFAMI haadhoo🙏🙏🙏
Ebbiiffammii Daawwee koo ❤❤❤❤❤❤
I am so blessed with this song I am listening for seventh time today..."The lord is my Shepherd I shall lack nothing"!
Eebbifamii Daveko!
Wwooww Eebbifami Jabaa keenya ❤️❤️❤️❤️
Deva ayyaani wq ammayyuu dachaa siif haa dabaalamuu nuu jiraadhuu❤❤❤❤❤
Eebbifami dachaa♥️🙏
eebbifamaa keenya! nuuf buli
woooow Dv
Ajaiba dhuguma waqayyo ebbifamii jalatamaa dawee 💓💓💖🤛💯✅🙏
Waaqayyoo Afurasa sifi habaysuu dhugaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲
Ameeeeeen bay'ee ebifamii dawe 👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤️❤️❤️
Waaqayyoo sa eebbisuu!
Nama yesuus ol bute maaltu gitaa. God bless you dave.
Wow Dave amazing ❤❤❤🎉🎉🎉
Davekoo wow kee ittuma dabalaa bula faarfannaa addaati!!!!!!!
Eebbifami dave koo nuuf jiraadhu❤❤
You are really painted with Almighty God's glory; Hallelujah! Amen!! ",...Diinnikoo Gaaddidduu hin qabuu na'eeraHin bayyannatuu kufeera!" Amen!
❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo gudda si haa ebbisu dawteeeeeee
Eebbifamii devako❤
Nama Waaqayyoo Eebbifaami Ergaa dhalootaa sii keessaa burqaa jirufii waaqayyoo ulfinaa haa fudhaatuu😍😍
Wow Deva koo Amazing song Waaqayyo si haa eebbisu
Ameen ameeeeeeen❤❤❤dachaa ebifami
❤❤❤Qaxale muca kaku Eebbifami waaqayyoo waqara goftani koo barf jirenya kee yaa ebisu Dev
Ameen ebifaamii dachaa isaa ❤❤❤
Wowowowwoow ajaibaa uuuyfffeeeeee eebifamiii qaxalee mucaa ❤❤❤🎉🎉🎉 Daweko jiradhuu ani Dadhabameera ! Haalleelluyyaaaa
Dev waaqayyo si haa eebbisu Ameeeeen
Ameeeeeeeeen ebbifamii ❤❤❤❤❤❤
Eebbifami 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Eebbifamii dachaa ameeen ameeeeeeeeen
“Waaqayyo jiraataa dha! Kattaan koos jajamaa dha! Waaqayyo fayyina kootiis ol ol haa qabamu!” Far. 18:46❤❤Waaqayyo si haa eebbisu Dave❤
Anis dadhabameera diina koo duratti maqaa yesuusiitiin
Wow Davekoo Ebbifami Bayye itti Ebbifamerra Amalle Kanarra calla dibattan si’adhabbu Abbankoo!
Wow God bless you deve♥️❗
Dawwiiko ebifamii Sif Haa dabaluu ayyanaa dachaa
Ameeeeen Ameeeeen Ebbiifamii Dawi😊❤
Ebbiffami devo kooo❤❤❤
Really Dev Sin Jalladha Goftaan si'a eebbisuu❤
Waawwwwwooooo Ebbifaamii jaba yesus jabese❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwww ebbifami dawi koo dacha dacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Itti Eebbifameera💖..Ayyaana Dachaa👐
Amazing devakoo God bless you
❤❤❤🎉🎉🎉🎉Farsaan kee dabalaa yabulubro ebbifamii
Wow.Dave.amazing.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Eebbifami DevAyyanichi siif haa dabalamu
Ebbifami nu jiraadhuu devo
Farffaacha jiraadhu bara kee guttu Dave. Blessed ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifaamii deva
Woow You are blessed❤
Uuuffffeee ameeeeen ameeeeen ameeeen gooftaan baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii🎸🎸wowowowo hara'a ganamaan ka'ee misirachoo dhagaa'ee aboo guyyaan koo ifaadha🙌🙌waaqni koo sii haa ebbisuu❤
Wow❤🙏 God bless you
Ameeeen Ameeeen Haleeluuyaa uuuuuuuuufffffffff waqayyoo bara kee haa ebbiisuu Deviichaa ❤❤❤❤❤❤😊😊
Faarsaa bareedaa plus aadaa bareedaa Waliin....Dave you are blessed
Waqqayyo siin haa Ebbisuu Ebbifamaa ❤❤❤❤
Wow Ayyaanni Waaqayyoo dachaa siif haa baayyatu qaxxale keenya ❤❤❤
What a song Deva😍
God bless you David 🙏 I love you more❤
Ebbifaamii haadhoo koo ❤️ 💯 💖 💓 ♥️
baayee baayee namatti toolaa dev ebbifaamii
Wallaayi sirba se'ee jalqaaba yeeroon arguu.gosh hizibi keenya akkaatti adaa ketti ofii boonsii.❤❤❤❤❤
Wow eebbifamii ❤dawekoo
Wwwoooww❤❤❤❤ Ameeen Ameeen ebbiifamaa
Wow Dawoo Eebbifama nama waqayyoo jabadhuu jabaa kenyaa dhuguma waaqayyoo si wajiin jira❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbiifami devakooo❤💓❤💓Ani dadhabameraaaaa Ameeeen
Ni amanamaa tikseen kooBe blessed my bro!!!
Dave jechi farfannaake baayyee bareedaa dhageefatame hin qufamu Dhugaadha❤❤❤ gaaruu dhiffama wajjin clipisa kessuma bahe sirbaa fakkata isa ittu xiqoo sireefate
God bless you aleeluuyyaa ebbifaamaa ❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadhu nam jabaa keenya
Dibamaa koo humna addaa qaba eebifami deevoo koo ❤❤❤
Eebbifami Dawwe koo❤❤
Devo 🙌🥰
Wow deviyee ❤❤❤❤
Dave ❤❤❤nama ebbifamedha ati bara quufi namjabaako
Ebifamii devoo❤❤❤Warii ilaluu kun warii agefanuu Malif lake hin gotanii😮
Eebbifami ❤❤❤
Maaloo Daawwee koo Faarfannaa Ispaayinaalkoordii Seexanaa burkuteessu nuuf faarfatte eebbifami 🥰❤💪
jabaa sii jabeesse hojii guddaa kana akka hojjeetuf si gargaareef galannii haata'u. eebbifami!!! isa caalun deebi'ii kottu!
Deva koo guddaa eebbifami. Farfanna Dhama qabu. Mi'awaa ta'e Sagalee waaqayyoo isa oolchaa fi dinqisiisaa ta'een dabaalame qabatte as baate. Jabaadhu. Waaqayyo Ayyana fi eebba isaa sirratti Haa dhangalaasu.
Dawe Mucaa Ebifamaa Namaa dibannii waqaayyoo irraa jiru Ayyaanaa Qabessa Namaa ebifamii Nuf jiradhuu ♥️♥️
❤🎉 wow amazing❤🎉
“Yesus, "Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna.”
- Yoh. 10:11
Yesuus tiksee amanamaadha dhugaa❤ in amanamas inni
Waan amanamuuf lubbuusaa dabarsee nuuf kennem❤
Bu'ura faarfannichi irratti ijaarame argatteetta, eebbifami!
Daawwe waaqayyo bara Kee jireenya Kee haa eebbisu♥️♥️♥️🙏
Dev❤ it is great to have a strong calm and mature person like you among our singers! your songs are blessed! still keep up the good work more is available ! you are truly a blessed singer
Bless more again
Margee inuma jirtaa garuu?
Ishoo Bagaa Dadhabamatee! Eebbifamii😍😍😍
❤❤❤❤ ebifamii jabadhuu dawooo koo❤❤❤❤
Galatomii
Kan biraa fidii mee sagalen kee maf akkas baredaa bunaa hin dhugduu atii
You are blessed Devokoo ❤❤
I love you both❤
Biqoookoo siin illee akkattin jaaladhumee bayyeen Si Lova dhugaa❤❤
Biqilaa koo Ani moo jalala keeti naa qabee jiraa
@@almaz2227 kana irratti bilbiliifka
. .ffcv😊p8😊😊6t😂@@bikochannel7736
Meeqan irraa deddeebi'ee dhaggeeffadhe garuu quufun dadhabee ittimaa nattii mi'aa deeme farfannaa samii nama hawwisisuu waaqayyoo abbaan gooftaa keenya yesus kristos kanuma caala sagalee isa damma caalaa mi'ahuun kanaan sihaa guutuu
Daviyyee eebbifami
Baga Dadhabamtee Leenca koo......Eebbifami......faarfannaa dhugaadhaan ayyaanni Waaqayyoo irraa jirudha. Kennaa kee kanaan kanarraa akka ati Gooftaa kee tajaajiltus abdii guddaan sirraan qaba.
Ebbiifamii nama waaqayyoo
WOW waaqayyo sa Eebbisuu Dawe koo
An Dadhabamera Wowow ergaa guddadha Ebbifamii Jaaba keenya itti Fufii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤eebbifamaa Eebbifamaa
Wow bayyee bareda
dachaan ayyaanni siif haa baay'atu devoo❤❤❤
It has been 3 days & I can't stop listening to this wonderful gospel song God bless you DAVE
DAAWWEE Eebbifamaako nuu jiraadhu!
amazing song
Ebifamii deve Waqayyoo baraa kee haa ebisuu ❤❤❤❤❤❤ Ameeeeeeen haleeluuyaaa ❤❤❤❤❤
Davoko karaakee isa nu eebbisu Waaqayyoof ulfinni haa baay'atu 🙏
Baay'ee si jaallanna oluma oluma adeemi haalota gararraa eebbaan nuuf jiraadhu
Wow Dev Guddaa Ebbifamii kanaraa Ayyaanii waqaa siif haa baay'atuu
Ameeeeee Ameeeee eebifamii waqayyoo barafi jireenyaa kee hundumaa yaa eebisuu ayyannii waqayyoo kanumaa caalattii siif yaa dabalamuu haadhoo Koo 🙏🙏🙏🙏
Ayyaanni sirra jira, kennaa kanattis waamamteetta, Ergaan karaa kee dhufu lafee namaatti asaasa!
EEBBIFAMI haadhoo🙏🙏🙏
Ebbiiffammii Daawwee koo ❤❤❤❤❤❤
I am so blessed with this song I am listening for seventh time today..."The lord is my Shepherd I shall lack nothing"!
Eebbifamii Daveko!
Wwooww
Eebbifami Jabaa keenya ❤️❤️❤️❤️
Deva ayyaani wq ammayyuu dachaa siif haa dabaalamuu nuu jiraadhuu❤❤❤❤❤
Eebbifami dachaa♥️🙏
eebbifamaa keenya! nuuf buli
woooow Dv
Ajaiba dhuguma waqayyo ebbifamii jalatamaa dawee 💓💓💖🤛💯✅🙏
Waaqayyoo Afurasa sifi habaysuu dhugaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲
Ameeeeeen bay'ee ebifamii dawe 👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤️❤️❤️
Waaqayyoo sa eebbisuu!
Nama yesuus ol bute maaltu gitaa. God bless you dave.
Wow Dave amazing ❤❤❤🎉🎉🎉
Davekoo wow kee ittuma dabalaa bula faarfannaa addaati!!!!!!!
Eebbifami dave koo nuuf jiraadhu❤❤
You are really painted with Almighty God's glory; Hallelujah! Amen!! ",...Diinnikoo
Gaaddidduu hin qabuu na'eera
Hin bayyannatuu kufeera!" Amen!
❤❤❤❤❤❤❤ waaqayyoo gudda si haa ebbisu dawteeeeeee
Eebbifamii devako❤
Nama Waaqayyoo Eebbifaami Ergaa dhalootaa sii keessaa burqaa jirufii waaqayyoo ulfinaa haa fudhaatuu😍😍
Wow Deva koo Amazing song Waaqayyo si haa eebbisu
Ameen ameeeeeeen❤❤❤dachaa ebifami
❤❤❤Qaxale muca kaku Eebbifami waaqayyoo waqara goftani koo barf jirenya kee yaa ebisu Dev
Ameen ebifaamii dachaa isaa ❤❤❤
Wowowowwoow ajaibaa uuuyfffeeeeee eebifamiii qaxalee mucaa ❤❤❤🎉🎉🎉 Daweko jiradhuu ani Dadhabameera ! Haalleelluyyaaaa
Dev waaqayyo si haa eebbisu Ameeeeen
Ameeeeeeeeen ebbifamii ❤❤❤❤❤❤
Eebbifami 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Eebbifamii dachaa ameeen ameeeeeeeeen
“Waaqayyo jiraataa dha! Kattaan koos jajamaa dha! Waaqayyo fayyina kootiis ol ol haa qabamu!”
Far. 18:46
❤❤
Waaqayyo si haa eebbisu Dave❤
Anis dadhabameera diina koo duratti maqaa yesuusiitiin
Wow Davekoo Ebbifami Bayye itti Ebbifamerra Amalle Kanarra calla dibattan si’adhabbu Abbankoo!
Wow God bless you deve♥️❗
Dawwiiko ebifamii
Sif Haa dabaluu ayyanaa dachaa
Ameeeeen Ameeeeen Ebbiifamii Dawi😊❤
Ebbiffami devo kooo❤❤❤
Really Dev Sin Jalladha Goftaan si'a eebbisuu❤
Waawwwwwooooo Ebbifaamii jaba yesus jabese❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wwwwwww ebbifami dawi koo dacha dacha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Itti Eebbifameera💖
..Ayyaana Dachaa👐
Amazing devakoo God bless you
❤❤❤🎉🎉🎉🎉Farsaan kee dabalaa yabulubro ebbifamii
Wow.Dave.amazing.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Eebbifami Dev
Ayyanichi siif haa dabalamu
Ebbifami nu jiraadhuu devo
Farffaacha jiraadhu bara kee guttu Dave. Blessed ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifaamii deva
Woow You are blessed❤
Uuuffffeee ameeeeen ameeeeen ameeeen gooftaan baraaf jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii🎸🎸wowowowo hara'a ganamaan ka'ee misirachoo dhagaa'ee aboo guyyaan koo ifaadha🙌🙌waaqni koo sii haa ebbisuu❤
Wow❤🙏 God bless you
Ameeeen Ameeeen Haleeluuyaa uuuuuuuuufffffffff waqayyoo bara kee haa ebbiisuu Deviichaa ❤❤❤❤❤❤😊😊
Faarsaa bareedaa plus aadaa bareedaa Waliin....Dave you are blessed
Waqqayyo siin haa Ebbisuu Ebbifamaa ❤❤❤❤
Wow Ayyaanni Waaqayyoo dachaa siif haa baayyatu qaxxale keenya ❤❤❤
What a song Deva😍
God bless you David 🙏
I love you more❤
Ebbifaamii haadhoo koo ❤️ 💯 💖 💓 ♥️
baayee baayee namatti toolaa dev ebbifaamii
Wallaayi sirba se'ee jalqaaba yeeroon arguu.gosh hizibi keenya akkaatti adaa ketti ofii boonsii.❤❤❤❤❤
Wow eebbifamii ❤dawekoo
Wwwoooww❤❤❤❤ Ameeen Ameeen ebbiifamaa
Wow Dawoo Eebbifama nama waqayyoo jabadhuu jabaa kenyaa dhuguma waaqayyoo si wajiin jira❤❤❤❤❤❤❤❤
Eebbiifami devakooo❤💓❤💓Ani dadhabameraaaaa Ameeeen
Ni amanamaa tikseen koo
Be blessed my bro!!!
Dave jechi farfannaake baayyee bareedaa dhageefatame hin qufamu Dhugaadha❤❤❤ gaaruu dhiffama wajjin clipisa kessuma bahe sirbaa fakkata isa ittu xiqoo sireefate
God bless you aleeluuyyaa ebbifaamaa ❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadhu nam jabaa keenya
Dibamaa koo humna addaa qaba eebifami deevoo koo ❤❤❤
Eebbifami Dawwe koo❤❤
Devo 🙌🥰
Wow deviyee ❤❤❤❤
Dave ❤❤❤nama ebbifamedha ati bara quufi namjabaako
Ebifamii devoo❤❤❤
Warii ilaluu kun warii agefanuu
Malif lake hin gotanii😮
Eebbifami ❤❤❤