ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Yaada keessaanif guddaa gaalatoomi!!! Garuu ossoo jaalala dhugaa qabdaaf ta'ee akkanatti daafte iddoo kee hin gadhiftuu turtee!!! Sababiin isaa jaalali obsaadha, jaalali danda'adhaa. Kanafi muddannoo dhufee kamiyuu jaalalaf jechaa ni obsitaa turtee .garuu akkaan hubbadheeti jaalalumaa keetu asi dhihoo naati fakkatee!!!!!!!! Namaa jaalatanif lubbuu ofituu dabarsaani yoo kennan kun gaati jaalalattii!!!!!!!! Akkasummaa moo maatin nama kamituu ammaa ilmooni ofi nama biraa jirtuuti eguuni waan humaa jiruu inni kun immoo siifin ta'ee mucayyoo ati jaalateef ta'ee.maati isheefillee ulfinnaa sababbin isaa dubarii gaafa too'annoo maati ishee jaala jiraatu boruu jireenyaa ulfinnaa qabuu jiraati waan ta'eef walummaan gaalati isiin laachu jaalalaa dhugaa waalif qabduu ossoo ta'ee! Haala qilleensaa loolli maatis ta'ee Kan dhunfaa, haali mijjachuu dhisuuni isiin hin dangeesuu turee!!!! Yoon dogoggoraa naa ofkalichaa!!!!mooneti guddaa gaalatoomi!!!!!
Oso jalalaa dhugaa qabatefii dafitee abdii iraa hin kutatuu jalalii dada'adhaa jedhaa maccafaan qulquluu
Love so many things lam love of our port city of oromo Land such as the red sea Port city of zalila and the southern Indian Ocean port city Lamu and m.l.d etc Take about our port city..
Atuu jalaala shamishuumaa goteeti iraa bafaatee jalaala jechuun kanaa mitii dhugaati jalaadhu yoo naati mufaatan dhifaamaa
Sagantaa ani baay'ee jaladhudha monet bareduu koo 😍😍Anis gafanaa biyyaa galee senna ajaa'ibaan qaba nan dhufaa 💃💃💃💃💃
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
Dhugadha kesatu barata fi baratun sadarakaa male jalalaa kesaa senuni midhaa gudaa fidaa malif kayoo ketifi jalalaa wali qabasisuni xinoo ni ulfata dhuga garu haga sif danadameni erga jalate dhibaa mati ishi ykn diriqama sani bahu qabada obbolesa
Ergaa jalalaa dhugaa ishedhafi qabate bilbila hin bitufi mali kuni
Masii koo maatii naaf ta'imee
@@KebekiOfficial541 ok mati sii godhee ❤❤❤
@@meseretbirhanu9055 galatoomi onnee koo
Dhugaa jetee
@@loomiishow5192 mati nafi ta'i Sanyi ko qali
Dhugaa qoophiin kee bayyee namati tolaa mooneet keenyaa jabadhuu.Yaadni obboleesaa keenyaa namati tolaa garuu murteessan jalalaa kanaaf ishiinis ijaanoon ishii jalalaa dhugaa 100% gutee jalachuu qabdi.
Qophii keessanittillee Gammanneerra , Garuu Namni ati Qophii Jaalalaa kanarratti dhiheessite kun Sagantaama keerratti argamuuf hawwii waan qabuuf dhufe malee kun akka kootti miidhamaa jaalalaa miti.
Dhugaa dha jalalaa kesatii kutanoo qabachuu qabaa❤💚❤💚❤💚❤💝💝💝💝💝💝💝💝💝
Dhugaa jalala baaee ulfataa uufff
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
Mooneet keenyaa jabadhu ati nama addatti qophiin kee baay'ee namati tola. Obbolleessa keenyaa atiis dhugaa qabda garuu ishiniis yakka qabdi jechuun nama dhibaa...rakkoon kan umame obbolleessa ishi biraa jiraa inniis gaafa tokko gaati baasuuf jiraa abshiri jaal kiyyaa..........!
Ya rabi Kiya kun midham is a hin qabu booo
😛😛😛😛😛😛😝😝
Horii bulii milkahii
Badii asii gowaa🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kkkkk
Dhugon tami garu. Jalaani mo gubbani wayyoka. Hin cininte gurbayyo
Maaloo 😂 Yaa waaqa essa dhaqee kolfuu jedheem AniGowwaa jalqabumaa jalaalaf bitaama mitii ATI😂😂😂😂
Yoo dhugaadha ishee jalatee ta'ee hangaan garaa irraa kutadhee jechuun kee baay'ee nama qanfachistaa 🤦♂️ ati midhamaa osoo hin tanne midhadhaa 😛 silaa osoo ta'ee yaada kan osoon isheen dhiyeesitee irraa bareeda tureeyyuu sobaa 🙄 yaadni mooneet sirridhaa 😘
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
Kkkk silaa ati naan dhugaadhe jettaa Micayoon maliif boochi In Cintee ta'uu hin oluu. Galatomaa Moneet😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍 bagaa haftee beelamaa irraa Nati tolee intalii Garuu ishee hin beeku namaa Safuu fi Addadha Guddateedha
Ajibaa kuni🫣🫣😏
Gowaa bahii achii kunii asaadha jeteeti odeesitaa ofii mitteti nanimidhaame jetaa gowaa wayyi
Monet anii gaafin sirraa qabaa gaafiin koo yeroo hundaa warra dhirra qofaa kan kesumesitu maalif?ijoleen shamaraani kan midhaman hin jiraan moo ?dhugaa yeroo bayyee warraa dhiraa qofaan argaa jiraa gaafii naati ta'e
ጥሩ ፕሮግራም ነው ::ደረጀ ንግግሩ በጣም ደስ ይላል :: ደረጀጄ በርታ በርታ እግዚአብሔር አንተ የወደዲካትን አይከለክልህም
Ati durayu jalalaa dhugaa hin jalanee malif yo jetee dhugadhan jalataa tanani ama du'atiyu bira hin haftuu tureyuu kan akasi namar ha qabuu
Moneet dhugaa jetee jaalaalii kanaa calaa arsaa qabaa ishituu midhaamtuudha siraa calaa ishiin dubartidhaa ishiin biraa dhabaachuu dhisee ishiiti mufaatayi ishi dhumaati debi'ii
No atii midhamtaa mitii
@@namakakuu3755 mati nafi ta'i Sanyi ko
Sobdu wahi ati durumayuu isii hin jaalatuu tv bahu feete malee 🤣bagaa rabbiin iraa si habisee sila yoona mitee jirtaa isi
Uuuuussss jedhii duraa jaalala dhugaa hin qabuu
Hasayii ke nama dabara🙊😛😛
Hin jedhamuu
Kanaa maliif media irra fidanii wa'een jalalaayyuu siif hin galee
Dhugaa jetee atii❤
Abdii kutuu hin qabdu rakkoo maati jala baste fudhachu turte kanafu dura soba jalate dhamahaa
Kaayyoon yeroo jaalalaa kun maalii mee mooneet?
nagaan siif yaa ta.u moonet .ergaan qaba garuu akkamitti akka dabarfadhu naan galle
Sobduudha ati osoo dhugaan Ishee jalatee hangaati Abdii hin kutatuu
Maal akka haasaa jiru naaf hin galle. barsiisaa waa'ee jaalalaatimoo mucaan mudannoo jaalalaa haasawa waanuma haasawu naaf hin galle. Jaalalli parsentii qabaayi?
Baga nagan dhufatan wara yero jalala kessuma siif taya gafan gara biyya galee
Badii kanii akakee shaamarani meqaa miidhee gowaadha kunii🙄🙄🙄Isaa akakee naa midhee anaanuu jalaawayii😥😥💔💔💔🤐
Jallali qormata hin dhabuu ishumman walitti debii obboollessa
maatii naaf ta'imee sanyi koo
Badi asi soba wayii osoo dhugaan jallatte sila hin dhiistu obolessa isheeti miti osoo aduniyaan guutun.addan isin baasuf murtessite sila hin.dhiistu irrati duuta male Monet peles waan.barumsa qabu ykn wan irra waa hubbachu dandeenyu laali nuu dhiyessi
Kkkkkk dhirrii amaa jalala hin beekuu soba malee
ati miidhama miti ishituu midhamee
Aswrwb akmi ngayaa jirtaa💚❣
Sittu badii qaba malee isheenis obbolessi ishees badii hin qabu
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓
Gurbaa.mitee.malee.hin.midhamnee.atii.usii.jedhaa...arsaa.kafaluu.hin.betuu.gowaa
Media sobaa
Dhugaa keetii keekiyyaa. 👍👍👍👍💯💯💯💯💯 Kuni media kaabi boqoollootii 🌽🌽🌽🌽🌽
Dhugaa dha
Waqayyoo jiraa siifis
Kuni keekiyaa mitti ummaani keenya maqaa namatti daldalu inumaa amaleefate ecii
@kiiyuu youTube kootu maatii waliif taana sanyi koo
Monet koo bareduto bayyen si jaladha aluma kanan itti fufa❤️
Ebbifa Kotaa matti ko ta'a😘🙏
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💓
❤❤❤❤
Dhaamsa bareeda dabarsite sanyi ati nama bultiif ta'uudha dhugaa / warra boqollo falmatota mililik akkami boo
Ani kanin jiraadhu biyya ormatii networkin na dhiheesu ni dandeeysa
@bashaadu TH-cam ok hayee sif tahe atis naf tahe
Monet baye si jaladha
Rakkoo Kan qabu isaa Kan midhamteeisheedha
8331yj,,waan.baayee .namaati.tooluu,jaadhaa,sink.jedhaa
Eshetuu midhamee😢
Kkkkkk love is milk but is not drinkYes
😂😂😂😂😂😂
Dhugaa keettiii
eee Sila dhugaa duataa moo😎😏
Gowwa wayii ati midhaadha Male midhama dhugaa
Bareda
Hhhhh.....Na tamachaateetti difratiin namittii! Kkkkk...
Hin sobaa inuu hin jalanee
😍🌱🌻🌱🌻ቢያኮ 💗💗🐅
Guuranyaa
Kkkkk gurraacha wayi hin sobin goga wayit fakkata akkatuu badhiftee
Kkkkkk yaa sobdaa
Monne dhuga jete hin jalatu nama jalatu osso ta'e hin dhisu kuni midhama osso hin ta,in midhadha junta wayyi
badasi! loovii is drink! gibts keechatti! uu ush! inalbaati namittiin !
@@gudetabikila1462 what you say bro?
@@meseretbirhanu9055 10129548!
@@gudetabikila1462 bilbilu
@@meseretbirhanu9055 maaloo maaf akkas jettaree?dafi malee! namni kara fb afuura wal kutaa nuti asiin fataa jennaa koommee
Oduu
Wwwwwwwwooo
Bayyee namati tola
Sobaa kee
Hin Boo'iin
Kkkk
Namati tola garuu anis mudano jaalalaa nin qaba akkami na dhiheesu dandeeysa ree
Well came
Sobuuduu
Kun midhamaa osoo hin tanee miidhadhaa
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
Oduu amaa. Dhisitiimalee. Atii. Midhama mitii
8838aj
Caalaa Yaada
Atii midhama oso tanee midhadhaa 😡😡👊
Yesii😁
Ufii keef ariifattee abdii kuttee kaa kana irraa maal barannaa gaa?
Qophiin keessan baayee namatti tole, garuu OBN TV irraatti Sa'atii meeqatiin darba
Jabadhaa
8883
@@fatimaburkahammed7358 mati nafi ta'i qaliye
mucaa rakkataa kana akkaman godhaa maalooyii! fikin maanetii! moo maal jedhaa?
😜😜😜🙄
Sirbaa koo harayyaa senaa lalaa
Sobduudha kun
hin sobin
Sila obolesatu lolani du'u qabdire
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞💓
Ni arifaatere mal obsi garidha
WEL COME YEROO JAALALA
Obn sagalee nafxanyaa 🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮🤮
8331YJ
❤❤
Yaada keessaanif guddaa gaalatoomi!!! Garuu ossoo jaalala dhugaa qabdaaf ta'ee akkanatti daafte iddoo kee hin gadhiftuu turtee!!! Sababiin isaa jaalali obsaadha, jaalali danda'adhaa. Kanafi muddannoo dhufee kamiyuu jaalalaf jechaa ni obsitaa turtee .garuu akkaan hubbadheeti jaalalumaa keetu asi dhihoo naati fakkatee!!!!!!!! Namaa jaalatanif lubbuu ofituu dabarsaani yoo kennan kun gaati jaalalattii!!!!!!!! Akkasummaa moo maatin nama kamituu ammaa ilmooni ofi nama biraa jirtuuti eguuni waan humaa jiruu inni kun immoo siifin ta'ee mucayyoo ati jaalateef ta'ee.maati isheefillee ulfinnaa sababbin isaa dubarii gaafa too'annoo maati ishee jaala jiraatu boruu jireenyaa ulfinnaa qabuu jiraati waan ta'eef walummaan gaalati isiin laachu jaalalaa dhugaa waalif qabduu ossoo ta'ee! Haala qilleensaa loolli maatis ta'ee Kan dhunfaa, haali mijjachuu dhisuuni isiin hin dangeesuu turee!!!! Yoon dogoggoraa naa ofkalichaa!!!!mooneti guddaa gaalatoomi!!!!!
Oso jalalaa dhugaa qabatefii dafitee abdii iraa hin kutatuu jalalii dada'adhaa jedhaa maccafaan qulquluu
Love so many things lam love of our port city of oromo Land such as the red sea Port city of zalila and the southern Indian Ocean port city Lamu and m.l.d etc Take about our port city..
Atuu jalaala shamishuumaa goteeti iraa bafaatee jalaala jechuun kanaa mitii dhugaati jalaadhu yoo naati mufaatan dhifaamaa
Sagantaa ani baay'ee jaladhudha monet bareduu koo 😍😍
Anis gafanaa biyyaa galee senna ajaa'ibaan qaba nan dhufaa 💃💃💃💃💃
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
Dhugadha kesatu barata fi baratun sadarakaa male jalalaa kesaa senuni midhaa gudaa fidaa malif kayoo ketifi jalalaa wali qabasisuni xinoo ni ulfata dhuga garu haga sif danadameni erga jalate dhibaa mati ishi ykn diriqama sani bahu qabada obbolesa
Ergaa jalalaa dhugaa ishedhafi qabate bilbila hin bitufi mali kuni
Masii koo maatii naaf ta'imee
@@KebekiOfficial541 ok mati sii godhee ❤❤❤
@@meseretbirhanu9055 galatoomi onnee koo
Dhugaa jetee
@@loomiishow5192 mati nafi ta'i Sanyi ko qali
Dhugaa qoophiin kee bayyee namati tolaa mooneet keenyaa jabadhuu.
Yaadni obboleesaa keenyaa namati tolaa garuu murteessan jalalaa kanaaf ishiinis ijaanoon ishii jalalaa dhugaa 100% gutee jalachuu qabdi.
Qophii keessanittillee Gammanneerra , Garuu Namni ati Qophii Jaalalaa kanarratti dhiheessite kun Sagantaama keerratti argamuuf hawwii waan qabuuf dhufe malee kun akka kootti miidhamaa jaalalaa miti.
Dhugaa dha jalalaa kesatii kutanoo qabachuu qabaa❤💚❤💚❤💚❤💝💝💝💝💝💝💝💝💝
Dhugaa jalala baaee ulfataa uufff
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
Mooneet keenyaa jabadhu ati nama addatti qophiin kee baay'ee namati tola. Obbolleessa keenyaa atiis dhugaa qabda garuu ishiniis yakka qabdi jechuun nama dhibaa...rakkoon kan umame obbolleessa ishi biraa jiraa inniis gaafa tokko gaati baasuuf jiraa abshiri jaal kiyyaa..........!
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
Ya rabi Kiya kun midham is a hin qabu booo
😛😛😛😛😛😛😝😝
Horii bulii milkahii
Badii asii gowaa🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Kkkkk
Dhugon tami garu. Jalaani mo gubbani wayyoka. Hin cininte gurbayyo
Maaloo 😂 Yaa waaqa essa dhaqee kolfuu jedheem Ani
Gowwaa jalqabumaa jalaalaf bitaama mitii ATI😂😂😂😂
Yoo dhugaadha ishee jalatee ta'ee hangaan garaa irraa kutadhee jechuun kee baay'ee nama qanfachistaa 🤦♂️ ati midhamaa osoo hin tanne midhadhaa 😛 silaa osoo ta'ee yaada kan osoon isheen dhiyeesitee irraa bareeda tureeyyuu sobaa 🙄 yaadni mooneet sirridhaa 😘
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
Kkkk silaa ati naan dhugaadhe jettaa Micayoon maliif boochi In Cintee ta'uu hin oluu. Galatomaa Moneet😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍 bagaa haftee beelamaa irraa Nati tolee intalii Garuu ishee hin beeku namaa Safuu fi Addadha Guddateedha
Ajibaa kuni🫣🫣😏
Gowaa bahii achii kunii asaadha jeteeti odeesitaa ofii mitteti nanimidhaame jetaa gowaa wayyi
Monet anii gaafin sirraa qabaa gaafiin koo yeroo hundaa warra dhirra qofaa kan kesumesitu maalif?ijoleen shamaraani kan midhaman hin jiraan moo ?dhugaa yeroo bayyee warraa dhiraa qofaan argaa jiraa gaafii naati ta'e
ጥሩ ፕሮግራም ነው ::ደረጀ ንግግሩ በጣም ደስ ይላል :: ደረጀጄ በርታ በርታ እግዚአብሔር አንተ የወደዲካትን አይከለክልህም
Ati durayu jalalaa dhugaa hin jalanee malif yo jetee dhugadhan jalataa tanani ama du'atiyu bira hin haftuu tureyuu kan akasi namar ha qabuu
Moneet dhugaa jetee jaalaalii kanaa calaa arsaa qabaa ishituu midhaamtuudha siraa calaa ishiin dubartidhaa ishiin biraa dhabaachuu dhisee ishiiti mufaatayi ishi dhumaati debi'ii
No atii midhamtaa mitii
@@namakakuu3755 mati nafi ta'i Sanyi ko
Sobdu wahi ati durumayuu isii hin jaalatuu tv bahu feete malee 🤣bagaa rabbiin iraa si habisee sila yoona mitee jirtaa isi
Uuuuussss jedhii duraa jaalala dhugaa hin qabuu
Hasayii ke nama dabara🙊😛😛
Hin jedhamuu
Kanaa maliif media irra fidanii wa'een jalalaayyuu siif hin galee
Dhugaa jetee atii❤
Abdii kutuu hin qabdu rakkoo maati jala baste fudhachu turte kanafu dura soba jalate dhamahaa
Kaayyoon yeroo jaalalaa kun maalii mee mooneet?
nagaan siif yaa ta.u moonet .ergaan qaba garuu akkamitti akka dabarfadhu naan galle
Sobduudha ati osoo dhugaan Ishee jalatee hangaati Abdii hin kutatuu
Maal akka haasaa jiru naaf hin galle. barsiisaa waa'ee jaalalaatimoo mucaan mudannoo jaalalaa haasawa waanuma haasawu naaf hin galle. Jaalalli parsentii qabaayi?
Baga nagan dhufatan wara yero jalala kessuma siif taya gafan gara biyya galee
Badii kanii akakee shaamarani meqaa miidhee gowaadha kunii🙄🙄🙄
Isaa akakee naa midhee anaanuu jalaawayii😥😥💔💔💔🤐
Jallali qormata hin dhabuu ishumman walitti debii obboollessa
maatii naaf ta'imee sanyi koo
Badi asi soba wayii osoo dhugaan jallatte sila hin dhiistu obolessa isheeti miti osoo aduniyaan guutun.addan isin baasuf murtessite sila hin.dhiistu irrati duuta male Monet peles waan.barumsa qabu ykn wan irra waa hubbachu dandeenyu laali nuu dhiyessi
Kkkkkk dhirrii amaa jalala hin beekuu soba malee
ati miidhama miti ishituu midhamee
Aswrwb akmi ngayaa jirtaa💚❣
Sittu badii qaba malee isheenis obbolessi ishees badii hin qabu
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓
Gurbaa.mitee.malee.hin.midhamnee.atii.usii.jedhaa...arsaa.kafaluu.hin.betuu.gowaa
Media sobaa
Dhugaa keetii keekiyyaa. 👍👍👍👍💯💯💯💯💯 Kuni media kaabi boqoollootii 🌽🌽🌽🌽🌽
Dhugaa dha
Waqayyoo jiraa siifis
Kuni keekiyaa mitti ummaani keenya maqaa namatti daldalu inumaa amaleefate ecii
@kiiyuu youTube kootu maatii waliif taana sanyi koo
Monet koo bareduto bayyen si jaladha aluma kanan itti fufa❤️
Ebbifa Kotaa matti ko ta'a😘🙏
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💓
❤❤❤❤
Dhaamsa bareeda dabarsite sanyi ati nama bultiif ta'uudha dhugaa / warra boqollo falmatota mililik akkami boo
Ani kanin jiraadhu biyya ormatii networkin na dhiheesu ni dandeeysa
@bashaadu TH-cam ok hayee sif tahe atis naf tahe
Monet baye si jaladha
Rakkoo Kan qabu isaa Kan midhamteeisheedha
8331yj,,waan.baayee .namaati.tooluu,jaadhaa,sink.jedhaa
Eshetuu midhamee😢
Kkkkkk love is milk but is not drink
Yes
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
😂😂😂😂😂😂
Dhugaa keettiii
eee Sila dhugaa duataa moo😎😏
Gowwa wayii ati midhaadha Male midhama dhugaa
Bareda
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
Hhhhh.....
Na tamachaateetti difratiin namittii! Kkkkk...
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓💞
Hin sobaa inuu hin jalanee
😍🌱🌻🌱🌻ቢያኮ 💗💗🐅
Guuranyaa
Kkkkk gurraacha wayi hin sobin goga wayit fakkata akkatuu badhiftee
Kkkkkk yaa sobdaa
Monne dhuga jete hin jalatu nama jalatu osso ta'e hin dhisu kuni midhama osso hin ta,in midhadha junta wayyi
badasi! loovii is drink! gibts keechatti! uu ush! inalbaati namittiin !
@@gudetabikila1462 what you say bro?
@@meseretbirhanu9055 10129548!
@@gudetabikila1462 bilbilu
@@meseretbirhanu9055 maaloo maaf akkas jettaree?
dafi malee! namni kara fb afuura wal kutaa nuti asiin fataa jennaa koommee