Dhiiraa akana jira silaa mashaallaah ana jalale koo ani ijoluma jalqaba koo Naakaayane dhiiraa bira amanu gara ko nadide yaa jalala dhugaa baye nama midha walayii jalale koo ama iriyaa koo kanani misixira koo etii imau nara fudha tee ama wali fudhni ilimanu oratani biya aropaa jira ni anii garu idiimee koo gutuu gubata taya jarii garu naerafataniru 😢😢😢😢😢😢😢😢😢🤲☝️
Jalalii lubudha jabadhuu obolesa ko waqayo Gara gadduu hin jalatuu kan ishee caaltuu sif kenaa ta uu dandaa yokn ishee sif debisuu dandaa yeroo ke hin dabarsiin jalalaf jetee hojii waqa hin betuu Wan rabbin jalatee sif ha tuu
Xalayyaa Kana Barreeffamaan Dubbisuuf
oro.ethiojob.info/blog/2022/05/03/jalalaa-waggaa-11/
gamee kaan atii nuuf dubiftee bay,ee nuut toleraa galatoomii 🙏💕
⁰
Yoom hin yaadiin zinee Kee niargiitaa waqaayoo kaadhuu
😭😭😭😭😭😭😭💔💔 dubariisi dhiriisi walii hilaa jiruu 😭😭😭😭 anii dhirraa amanu dadhabeee 😭
Dhugaa keti anu akuma keti dadhabe
Maloo Zinnash mana ijaruuf illee Kan akka jaalalaa jalqabaa dhamdhaamnii isaa mi'a'uuf urga'uu in jiru yoo gayila qabaachudhaa baatte mucaa kana waaliin itti fufii jaalallii utubaa enyuummaa keetiti waan ta'eef.
Jalalii namaa jalalaa bekuu nama onnee 💕 jalalaa qabuf Kenna rabitii jalachuunis jalatamunis rabii tokichafii Mafi jalanee jetanii inharinaa nama kaankoo intanee iraa maaf jalalii naqabee jetanii waqasii ofis inkomatinaa . Warii jalatamitanis inboninaa jalalaa isanii jalalaan debisuu yodadhabdan onee jalalaa nama siin jalatee incabsiinaa . Jalalii kesanii Kani dhugaa yota,u batee kan dhugaan isiin jalatiif debii dhugaa keynaafii waliin jirachuu indadesaan yota,e calisitaan namaa sanaraa infagatinaa. dhugaa jiruu ibisudhaan kanikee ta,u indada,u jirenyaakee jiradhuu jechuun dhisaa malee karaa itii dukanesitaan debii ikaafi malaa inqabin kesaat gataan biraa indeminaa .cubuu gudaadhaa isiin gafataa cubuun jalalaa 👆Mee zinashii Mali qabaa dhugaa jiruu itii imitee rakinaasi hatahu nama biraa jalatee ta,u danda,a isaa malif wan laman godatii Ykn ishee inhaganee ynk malif gatee akka demdee inbaree Kun chubudhaa ☝️obolesaakoo atii namaa jalalatii waqayoo nama jalatee onekee jabsuu osoo intanee jalalaa kee jalalaan debisuu siif hakenuu 🙏💕💕💕💕🙏💕🙏 sihajabesuu jabadhuu hojikeet ciimi hojin yerokee dabarsii akkaa dhi,etii ihafuu. sa.atii isaa egatee ni,ifaa abidii qabadhuu akkaa amantaa ketii waqayoon kadhadhuu inii debii siif halatuu🙏🙏!!! Zinashii yo seenaa ergaan dhamisii isaa kuun siga,ee bilbilif malifii akka iraa fagatee ibsiif kanikee ta,u indadahuu kanafaan siraa gmfagadhee jedhin gara isaa akutatuu
Qaali koo maati naaf ta.i please
Senna Garaa nama nyatuu humaa mitii yada nutii dhiraa dhugaan nubarbadu irraa faganaa humaa miti boruu ishetu midhamaa ati hiree kee hin dhabduu obsaa qabadhuu kodee koo❤❤❤❤😢😢😢😢
Dhiiraa akana jira silaa mashaallaah ana jalale koo ani ijoluma jalqaba koo Naakaayane dhiiraa bira amanu gara ko nadide yaa jalala dhugaa baye nama midha walayii jalale koo ama iriyaa koo kanani misixira koo etii imau nara fudha tee ama wali fudhni ilimanu oratani biya aropaa jira ni anii garu idiimee koo gutuu gubata taya jarii garu naerafataniru 😢😢😢😢😢😢😢😢😢🤲☝️
Jalalii lubudha jabadhuu obolesa ko waqayo Gara gadduu hin jalatuu kan ishee caaltuu sif kenaa ta uu dandaa yokn ishee sif debisuu dandaa yeroo ke hin dabarsiin jalalaf jetee hojii waqa hin betuu Wan rabbin jalatee sif ha tuu
Anilee akumakee jaladhe dhabe biroo hireen qoda rabbiitii mal godhu jabadhuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏
Kotuu Anum jiraa
Wanii jalalii namaa godhuu kamaa jalatetuu bekaa zinashi hadaraa dhaqabii jalalee ko kanaa kanii dhugatii 👍❤💚😭😭✔️
Uufff anuu jalalni qabamee tayee boyaa jiraa kani jiruu biyaa ormaa namni anii jaldhu moo biya kesa jiraa anii bayee midhame j koraa faganani uuuufff malaa namala ordofitoni gamee anii hojachuu dadhabe galufin nagani gali jadhaa mee ♥❤👌sinijaldhaa
uuuf nagan Galii 🥺😢❤️
@@yirgetub2564 Amen baredu to galtomi 🌹💯❤
waqyoo nagani siyaa galchu lubuu ijaa nagaa wali isin yagrsisuu gafa galtee moo j ketin wali nubarsisisi
Nagaan gali adhokoo 🙏💕 anilee akumaa ketii biyaa araba waga 5 turee ji,a tokoo bodaa fedhaa waqaayoo galufaan
@@kiyaalamayoo1501 walin galaa baqa analee ji'a 1 na hafee ajabi'a anisi wagaa 5n kkkk
Waaqayyoo inni waan hundumaa danda'u obsaa sif haa kennuu Zinnaash kan keeti yoo jedhe hin ga'aa yeroon kee osoo hin gubaattin furmaata sif haa kennu obboolleessa koo 🙏🏿
Lakki sif hin taatu yoo jedhe humna si irraanfachisuu sif haa kennuu kaa maal jennaa haadho koo 😥😥
😥😥
bagaa nagaa dhufatee atti jabadhuu nu jiradhuu qaalii keenyaa baay'ee nama gaddisaa maaloo obsii atti oboolessaa koomaalii kuni ijoolee safuu baraa kana atti💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Senaa Bay.ee garaa nama nyatu rabbin walittii issin haa debisuu😢❤❤❤
Ufuu waqayoo waliiti siin haa debisuu uuufee yaa jalalaa kanaa😥😥😥😥
Senaa garaa Namaa nyatu dhugaa obsii ati broko😢😢😢
Hundii keessanu yaadaa keessanif galata gudda narra qabdu, galatoomaa, eebbifama.
💔
Aizo obbolechaa koo wanii waaqayyoo sifi eyyamee hin dhaduu dhira tokkofi dubarti tokko qofatuu eyyama akkaa amata kirstanatii kanafuu waaqayyoo egadhuu yaada ishee dhisii😭😭😭😭😭😭
Zinash hiriya Akka qabduu Naan bekkaa garuu ga'ilaa walin dhabachuf dhisuu hin bekku. Yaa obolesaa koo Jireenya mataa kee jiradhuu
Galatoomi sistu
@@kassabirru1121 garuu senan kessan dhugaa yoo ta.ee fi zinash isheen Ani siin jedhuu yoo ishee tatee dubise marisisuu Nan danda'a. Yoo fedhaa qabatee nati himii
Seens jaalala baay'e garaa nama nyaatudha😢😢 moolo yaa zinaash jaalalati garaa hin jaabatin hin cubifamta
Maloka bayee garaa namaa nyaatuu waqaayo obsaa isaa sifii haa kenuu haadhoo koo walii fii sinaa dhisuu waqaayo hangaa dhumaatii🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭
Seenaa Jaalalaa namaa aj'ibuu dhugaa😘 waqaa Jaalalaa keessaan dursaatti sin haa debbiissu Jaalalli biqilaattudhaa.
Uuuuuufffff bayee ulfata z KO yadif Malo 😭😭😭😭😭
Jabadhuu bayee nama gadisisaa 🙏🤔😭😭😭😭
Obsaa qabadhuu isaa darbee dagadhuu jirenyaa kee isaa hafee foyefadhuu jiradhuu jalale bafadhuu itti dagataa jabadhuu homa miti 😥😥😭😭😭😭😭😭ayii Jalallii maratumaa namati fidaa
Bayyee Garaa Nama Balesaa Rabbii wolitii isiin ha debisuu
Omaa mititi kani waqayyoo siif qoddee hin dhabduu obbolleesa ko😢😢😢
Seena kiyyan woli fakkata, anis Jaalala jaalqaba kan ijjooluma wogaa 13 oli keessa ture, dhabe 😭😭😭😭,
jaalalaf Garboomuun wolaala nama gootis,
nama gaadi nama gootis😢.
waa hundafuu Allahmdulillah.
jaalali dhugaa bayyee Nama miiti.
Abshir kan rabbiin sif qoode hin dhabduu
@@ibadurahman5546
Insha'Allah.
Galatooma jzk
Uuuuuffff senaa namaa gadisisuu waqayyoo obsaa sif haa kenuuu obbolessaa kenyaa 😥😥😥😥
😭😭😭ayii jalalaa dhuga namaa hubatetuu bekaa
Uuuuffee 😭😭😭😭😭😭😭😭Wallaahii garaa namaa nyaataa😭😭😭😭😭😭😭 rabbii wooliitii isiin haa debiisuu
Bayyeee nama gadisisaaaaa dhugaa 😭😭😭
Uuuuuufffff obsii bro koo waaqayyo siifi jira 💔😢🥺😢
Rabbin.hiree.kee.sif.haa.tolchuu.Abshiir
Uuuuuuffff yaa jalalaa waanta nama hin goone hin qabuu aniyyuu ja waaggaa 10 waliin turee dhabee maraadhee jira .wantuma addunya kana irra namni jaallatan sun qofti jiruu namatti fakkata osoo jalalaan waal midhuu baatani gariidha shamarran ta'ee dhiroonni.
Abishir sii bechaa mitii anis akkasumaa jalalee koo kan waggaa 6 dhabee kinoo kobaa koo jiradhaa
Ufff mucaa biyya koo abshir 😢😢❤❤❤
abishir oboleessa kiyaa waan rabbiin fedhe malee in taatu tasan caalatu rabbiin bakka siif haa busu jalala waggaa 11❤💖💗😭😭
Dhugaa rabbi jabadhaa hin argataa
Zinash yo bultii kan biraa hin horanee kotuu jalalaa dhuga kanaa of jelaa hin ajesiinii jiraa jedhii itii debihii
Uuuuuuuuuffff bara jaalali jiree😢😢😢
Gubataa marqa hubatatu argaa jedhani
Jalalii namaa jalalaa hin beknee hin filatuu
😢😢😢😢😢hyiiimlkaaa.mali.godhninikaa.
Akamitin Ergaatu karaa telegiram nanii ergaadha jeedhetan walaleti😘😘🙏🙏
Uuuff waqaayyoo namaa akkaa keetii sii jalaalatu siif haa kennuu bro ♥ jabbadhuu seenaa garaa namaa gaddisisuudhaa😭😢😢
Rabii waliif nuu haa qoduu
Rabiin jalalaa umee walitti isiin haa deebisu😢
jabaadhuu hojjadhu Ati jaalala qofaa miti Rakkinni wol nama dhabsiisa
Qaali koo maati naaf ta.i please
Yaa mucaa biyyaa koo obsii obsuun wan hundumaa callaa 💔😭
Ani sii Barre garu
@@kassabirru1121 lakofsaa kee ergii as jalatii
Kara kanan oso hin tahin inbox fb dhan Wal agarraa
Wan sii beeku na fakkatee Nan irranfadhee malee
Ati kuladha
Ommaa mitii bro ko rabbii bideeni garrii siif haa bassuu
Mashalla Muca biyyaa koo Love Kulaa
dhuga jiruu kuni 😢😢😢😢😢
Jaalala nama gaddisisudha gamme jabessi celebrate goona 100k dafi.
Waaqqayyoo waliitii sini hadeebisuu
obbsaa sif haa latu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ajaa'iba oromia 24 nf jiraadhaa
Uuuuuufii heduu garaa nama nyaataa jalaalaa moo😢😢😢😢
Waayo bayee garaa nama nyataa uuf kesaatu dhiraa dhugaan nama jaalatu maaf diduu shamarani
Wan jalaalaa waqayoo sif hat uu
Uuuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😭😭😭 Bayy.ee nama gaddiisa Dhugaa 🥺
Obsaa sifa kenuu Waqayyoo 😭😭💔💔💔💔 anilee jaalladhee dhabee dhirraa amanusi dadhabeee 😭
Rabbii si haa gargaaruu hadhookoo ❤❤❤❤❤❤❤
uuuuuuuuuuuuuufffffffffffff.maaloo.yaa.rabbii..obsii.koode.koo
Sijiraa❤❤❤❤halu jedhii
Rabbin walin isan ha debisu
Rabbin garaa si haa lafisuu
Abishir sidebitii bulitii biraa hin ijaranee jalale birasii hin qabiduu jedhee yadaa zinashi namaa cimitudhaa dhugaa asii dhiyoo garaa biyaa nigalitii walii arigitu
Wel come Oromia
😘🥰🥰
Maatii naaf tayii sanyii please
Ani gana if dura jl eegalu heda isin caqasa sagale kirari kana hin jalanne 👌🏻😳
Bayyee nama gadisisaa dhugaa 😭😭😭😭
Aniyu bayeee midhamee jiraa jalaalliin
Uuuuffffff jalala dhuga baa'yee nama nama midha
Lubbuko maati naaf ta.i please
Zinnaash Gara Maaf Jabaatta
Uuufff kaa waaqayyoo walitti isin yaa fiduu 😢😢😢😢
Waqqayo obasa si yaa kenu
Uffffffffffffff jalala woga 11 yaa allhaa 😭😭
Natu Dura ilalee like naf godhaa
Lubbuko maati naaf ta.i please
Homaa mitii rabbii yoo waalifii isin qoddee waalittii debituu hamtuu hin baasinii waqaayyoo waalinii isiin yaa barbaduu garaan jalaalaa 😭😭😭😭😭
😢😢😢😢bayee ulfata jalala jechun waqayyoo bican obsaa sif yaa kenuu Kan waqayyoo yadee sif yaa kenuu uuuuuuufffff yaa waqayyoo maloo namaa wal jalatu walif ebisii 😢😢😢
Omg 😢😢💔💔💔kana Akkaa jaalalaa namaa miidhuu hin jiruu😢😢Anilee senaa Akkaa kan qabaa 😢kan kiyyaaa immoo jaalalaa waagga12tuu dhaadha Ibdaa butee na jalaa ta'ee😢😢
Bayeen gada 😭
Oromo matii naaf taya numatu waliif gachaan Wal haa jajbessinuu please 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Kottu anille siif dhufa lubbu
Ajiib Rakkoon dhiira biyya keenya ni jaalatu jaalalaan yeroo dheera fudhatu garuu dubartiin jaallatani akka bultii ijaaru feetu hin beekan jaaladhe du'e ka'e jedhu garuu bultii ijaaru hin beekan dubartiin uumamaan naamni isiin jaallatu yero kamu nama jaallattu wajji bultii ijaarudha .nama jaalattu mana tokko keessa wajji jiraatudha .maal jechu waggaa11jaalalan dabarsun obboleetti tee seeta? yaa dhiira biyya keenya niiti ykn jaalalle teessan biyya namaa keettani nijaaladha ni du'aaf hin jedhina kuni soba namni yoo walirraa fagaate wal jaallachaa hin deemu wal irraanfataa deem .
Thanks for ur advice
Bayyee nama gadisisaa 😭😭
Kanii.jalatee inumaa bekaa hangaa.midhamanii yaa.zinshii.hadaraa.yoo.nama.kana.dhaqabee
Waaqayyon Obsaa siif haakenuu
Waaqayyoo walitii sin yaa debisuu kodee ❤
Bayee namaa gadisisaa senanii kunii 😢
Well come oromia
Uuuuuuufffff bayeeen namaaa gadisisaaaa wayyooooooo yaaa ilmaaaa namaaa maalif jalaalan waal minaa😭
Waqayoo jaajabina sif haa kennu hadhoo Koo
Ayii yaa gubaa jalaala dhugaa 😭😭😭😭💣💔
Obsii siif deebitti Atti Hojii dhaabnani sii Dhisuu yaade attis Sammuu kee hin dhiphisini Amaanta keettin Cimi Kadhana Godhi Kani sii jaalattu Waqqayoo sif kenna
fan
Yaa Allah
Jalaa cara Nam Qabudha malif jenan mucan jaladhu Tu gudi nagodhe sif duha na jedh garu wanu fen utiithan wan Rabi jedhetu Taha
uuufffiii wayyaa jalaa 😭😭
Uuufff 😭 😭 😭 😭 Abashir yaa obolesaa koo 💔💔💔
Namnni injijjiirrama Kan Injijjirramnne Rabbiin Siha Jabeessu
Kan waaqayyoon siif qoode hin dhabdu obboleessa keenya sammu ke hin canaqiin
😭😭😭😭😭😭💞senabaye gara namanyatudha
Jabadhuu siifile caraa garii siif hawwina
Oromiya well come
Dhugaa baa.yee namaa gaddisisam Arbshiirii gooftanii waaliitii sinii hadeebisuu
Waaqatu beekaa