😭😭😭😭😭😭😭anile sena java bayen qaba jalalii wan nama hin gone hin qabidu Ani wan najalachu isatii kahuna amata Isa naf jecha jirate wagaa 3 wajin jirane wajin dalagane garu boda Isa nama gadisisu dafaa kiyaa biyaa ormati wagaa3gutu wajin dalagele hin argane senan kiyaa bayedhaa garu oson isinif hime barumsa gudaa of kesa qaba obisaa gudaa barbadaa Ani obisetun hara gahe male silaa maradhe ykn of fanisen duhan ture Alhamdulilaa kuno ibisan hara gahe🙏🙏🙏🙏☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaaro hamaa shamaraa jaalachuu fi amanun bayyee rakkoodha garuu Kihar kan rabbii issa hiree hin dhabuu abshir gurbaa jirenyii qoro maata Atti kan fetee filatee futaa
Comment kana dubbiste osoo #Maatii naf ta'in hin darbin❤💕❤🙏🙏🙏
Tolee
Tolee sif ta'era🥰😍
@@rakcity6216 matii naf ta'ii please❤😍👈
Mattii naaf ta'ii bro koo
anni maatti siif taa'ee jiraa jabadhuu atti anni
😭😭😭😭😭😭😭anile sena java bayen qaba jalalii wan nama hin gone hin qabidu Ani wan najalachu isatii kahuna amata Isa naf jecha jirate wagaa 3 wajin jirane wajin dalagane garu boda Isa nama gadisisu dafaa kiyaa biyaa ormati wagaa3gutu wajin dalagele hin argane senan kiyaa bayedhaa garu oson isinif hime barumsa gudaa of kesa qaba obisaa gudaa barbadaa Ani obisetun hara gahe male silaa maradhe ykn of fanisen duhan ture Alhamdulilaa kuno ibisan hara gahe🙏🙏🙏🙏☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Matiu naf ra'ii please❤😍🥰👈
Amashirii sanyii hundii ni daarabaa
Abishir
Abshir
Welcome Game maloo Qophiin kee Aradaa naatii tatee hin fagaattii guyyaa hundaa....... Obolesaa keenyaa jiraanyaa kee fulduraa siif haa tolchuu rabbii jabadhuu
Gobazii ilmaa oromiyaa👏👏👏👏waqayyo bagaa sii milkeseee
Dhugaa akkanumatii ittii fufii
Koomeentii kana dubbisaa maatii naaf ta'aa!
Hayee
Siif Ta'eera Jabaadhu😍👍💪
Hayyaa
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Tole karayuuu
Baga Waaqni jireenya kee Eebbise 🙏
Eeyyee dhugaa dha Dhiirri Hunduu Gantuu natti Fakkaata
Kaanitti immoo Shamarran hunduu Gantuu itti Fakkaatti
Kana kan Fide immoo Dhugaan Jaalatanii dhabuudha 😭
Gaga waqayo sii gargare obbolesa kenyaa onnee qulqullu qabda waqayo akkanumati itti fufii jajabadhu 🥰🥰🥰
Seenaa kooti ana anttii fakatee turee Abaa Qabenyaa Ahhaaaa yaa Dubartii biradhan bitamtuu jirenyii kee siiti hin tooliin
Oboleysaa kenyaa jirenyaa kee gubaa gubadhan sif haa barechuu jirenyaa garii jiradhaa
Welcome teacher Gammee
Obbolee ssa keenya baga milkoofte baga Rabbi kan ofii kaallate siif qoode
😭😭Aiiyyaa rabbi jirenyaa jaqabdee kan itii gamaduu sif ha godhu
Osoo namaa dhuganii si jalatuu tatee jechaa matii isanii amasisuu qabadii debitee imoo ergaa atii bu'aa ba'ii heduu dabarasitee dhifamaa kanii sin jetuu osoo atii hin fudhin esaa turteyuu inafa dhafii dhifamaa sin jetee hundafuu bayee namaa gadisisaa jabadhuu boroo milka'ii adhaa manaa kee wajin horii bulii omaa mitii hundinuu nii darabaa
Bagaa waqayoo bultii kee jijiree sii Eebisee🙏🙏🙏🙏
Ijoollee Abbaa gaddaa kootaa mee Subcrbe godhaa naa jajabeessaa
Ani illee isini jajaabeessaaa💘💗💝💞💞💞💞💞💚💚💚💚
Kiyaaro hinaaftun haa gubatu I love you 😍❤
Bagaa waqayyoo jirenyaa kee sifii qajechaa
Welcome
Rabbiin Amaalee jireenyaa kee sif haa milkesuu waan ofii jallaatu sif haa jallaatu
Ameen rabbiin sirra haa dhagahuu matii naf ta'ii please❤😘👈
WELCOME gaamaachisi keenya😘 Kiyaari baashiri qaashtii😍
kan Rabbii jedhetuu Taa kan namnii jedheraa kanaffuu qodhaa Kee siff keneraa Rabbii amaree jireni Kee gamachuu siff yaa tuu kodhee koo🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏
Rabbii si haa jabbeesuu hadhoo koo sifis rabbii jiraaa 😭😭😢😢❤❤❤❤☝️☝️☝️☝️☝️
Qoddaa kee bagaa rabbii sif lattee kan waqnii jedhee malee hin tahuu💓💓
bagaa nagaa dhufatee atti baay'ee galatomii atti nu jiradhuu atti waqayoo sii haa garagaruu atti🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameen matii nat ta'ii please❤💔👈
@@wudeetube9355 siif taa'ee jiraa jabadhuu atti anni
@@ayantukabeta9021 hayee galatomi🙏
@@wudeetube9355 galataa irraa hafi atti ommaa mitti jabadhuu atti
Yooyyaa akkam jirtu .
Maatii naaf ta'aa
Abshirri qomoo ko ♥️💚♥️
Abshir kaan rabbii siif qodee kiyaar qashti 💞💞💞
Maati naaf taha oromoo koo qomoo 😍😍
We'll come bagaa waqayoo jirenyaa kee siif ebbisee
Mashlaa baga Rabin sii mulkese ❤❤❤❤❤
Kiyyar rokkoleti keenya jabadhuu sanyii leenca leencummaa Gamme galatommi
Bareeda keyru kenyaa jabadhu itti fufii
Ebiami waqayo siya esu 🙏🙏🙏🙏
kiyarii bashirii 💘
🤣
Wawaawww bagaa Rabi si latee hadho koooo
Abshir obolesaa koo hundumtu darbee jiraa jimichoo koo amiiiiiiiiiiiin ishahalaa gamee galatomi Qaali nama nuf jiradhu jabadhu ni dandesaa 💔💔💔💔☝️🤲🙏
Hayee hadho. Koooooo Baga si garigaree
silumaa ilmoon hiyyeessa qalbii qabdi bultii keessatti ilmoon soorreessa garaa itti waa nyaattu malee mataa ittin waa yaaddu hin qabdu
Wwowwowo Mashaa Allaah Muca biyya koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏
Anilen Yadono sena bay'en qaba garamin lakk essanii argachu dandaha
Senaa fii yaadano kee nati himi
Senaa fii yaadano jaladh nahimi
Edda namni kenya kan tabalashae ati jabadhu waqayyon wajin sii haa bulchu
Wwwooo namnii yoo nam gatee rabbii nama hin gatuu SI moo baga SI gargaree☝️🤹🤹
Kiyyar Namaa qalii waqaayyoo sii eguu 💚💚💚💚💘❤️❤️
Baaye gaara Nama nyaata 😭😭😭😭🙏🙏
Natii tolee Dhugadhaa❤️❤️❤️
Keyerii Bashirii Ashirii jaalataa tanii biraa❤💚❤
Obsii obbolessa koo qabenyii fixensa jalalaatu caala jabina siif hakennu❤
woowwowo rabbii siyaa.milkeesuu amale midhama rubamatu badhasaa
Galatomii obbooless keenyaa waaqayyoo baga sii garagaree Gaa.eli kee kan Ebbifamee siifi haatu dhaala Namaa yeroo dhaalatu waactu ufaatee hin dhaalanee waan kan ta.efi qabeenyii qabeenyii caalu Amamanamufi jalaala kayyoo qabachudhaa barsumaa kee waan heedu namaa barsiisaa Ebbifamii
Dhugadhaa ammallee kaan caalaa rabbii si milikesuu
namni jalalla kessaati nama miidhee miidhaan irraa hin hafuu barumsa gaariidhaa
Rabbin hammas fayyakee sif haguttuu 🤲🤲
essaan si argachuu dandenyaa oromia 24
An TH-camra oromo mara osoo subescribe hin godhin bira hin taru isinis deemati godi tuqa freedha mallaqa hin kaffaltan 🙏🙈
Yadaa gariidha jabadhu gammachis 👍
Baye gara nama nyataa 😭😭😭😭😭🥰🥰🥰🥰
Jabadhuu
Kiiyuu leencaa oromiyaa 🥰🥰🥰🥰
Bayye namatii tolla barumsasi naffii dabarssa🥰🥰🥰🥰🥰
Jabadhu keyru qashti dalaga ❤💘
Mashallaah bagaa milkoftee broo koo Attii Namaa gaarii tanan Namatuu sii dhabaa malee Attii Namaa hin dhabdhuu .kiyya qorichaa budaa (K)leencaa Namaa
wowow namatti tolaa oromia 24!
Ga'iyilaa waaqayyoo namaaf kennaa ammaa dhuma barichaattii haa fufuu gammaachuu kee
😢😢😢😢 1:03
Bultii gaarii siif haa godhu isiif haa qajeelchu
Jabadhuu wan ofii
Anallee dubisaa mee ❤
kiyaar keenyaa❤❤❤🍓💪
Bagaa dhuftan
Abshir qalii ❤️❤️😍
Arra baguma Kiar basher nuf goote tichera warra isa arrabsaan garaan haa gubatuu 😍
Badhatu koo matii naf ta'ii please❤💔😘👈
Hayyee ❤ obbooleesaa koo
Kiyari kenyaa abshir 😭😭♥️😭♥️
Jaalalli dhugaan baay'ee nama miidha, ta'us baga dhumurra siif ta'e
Homaa mitii 😢😢😢❤❤❤❤
Yaaro hamaa shamaraa jaalachuu fi amanun bayyee rakkoodha garuu
Kihar kan rabbii issa hiree hin dhabuu abshir gurbaa jirenyii qoro maata
Atti kan fetee filatee futaa
seenaa ajibaa😭❤
Bayee garaa Nama nyataa 😭😭😭😭😭
Bagaa nagaan dhufte gammee koo
Ana dhufuu bagaa nagan dhuftee
Waqaayo agaalatomuu jabadhui
Baga Nagaan dhuftee Gamme Jabbadhuu ❤❤❤🥰🥰🥰🥰
Matii naf ta'ii please❤😍👈
Baga nagaan dhuftee Gammee ❤❤
Matii naf ta'ii please❤😍👈
@@wudeetube9355 sifii taeraa atisii matii nafii taii
Ebifami🙏
Baga gammdee koodeekoo ❤❤❤
Rabbii kanumaa caala walitii sinaa milkeechuu
Nuufi jiradhuu qoricha budaa (k) koo❤😍😍😍
Welcome
😢😢💔gamachuni Rabin si haa jiraachisu giftike wolin
Kiyuuu kena nuf jiradhu qali koo🥰🥰🥰🤔🤔
Abshir qalii!!!
Masha allaha bagaa rabbii sigamachise obolesako
Waqaayoo waliti isii haa jaalatuu namaatii tolaa jabadhuu
obbolesa koo baga kanan si ga.e eyyen akka rabi male akkan namini jedhe hin ta.u yada ke nuf dhiyesu ketif gallatomi
Waqayyoo obsaa kana calaa sif haa kenuu ebbifamii
Hyi dhirii akkaanas hin jiraa gaariin
Bayye namati tola baga rabbin jirenya gari siti ume namni duee male kufe hin fafuu mitire
Atis waan ergaa kana nuuf laattef guddaa galatoomi siin jennaan
Waaqayyoo bagaa sii gargaree
Kiyara bashiri Abshir
Bagaa nagaan dhufte gammee
Kiyari bashiri👍wel come gameeeee
Oromoo koo kootu mana koo
Waan irrageette nuufhimimee
Wel come Gamachusi kenyaa qorichaa buudaa kiyari anaa dhufuu qaalii koo🥰
Kiyari maalif irraa hiitte
Matii naf ta'ii please❤💔👈
Dhuga Keti Maya nama
Woww 😍😍😍
የኔ ጀግና ሥወድክ