👍👍👍 i appreciate your confidence dheraa tik tok banadhu namoota akkake kana nama bayyetu hordofa sunimoo sif kaffalttii ta'a isaan of jijjiru danddessa
wow dhugaadha ijjigayyon nama gammaddudha nan beeka eebbifama jechuun jalladha iddo isheen jirtutti barbaadu keessanif. mucaan kan biroon ille jirtii aanaa sana keessa
Oboletii Waqayoo gudaa si haa eebbisuu! Barumsaa gudaa si iraan baradhee! Gudaa ebifamii! Host (interviewer) - you are amazing! The respect you have for your guest I am really touched! God bless you! For future would you make a little more accommodation (chairs that is more suitable to your guests size and shape)! Much appreciated!
Ijjigaayyoon waan nama hedduu barsiisu danuu qabdis,danuu dubbates.
ufitti amantummaa isii
gammadduu tayuu isii
akkasuma yeroo har'aan tanaa namooni onlina irrati wal janaa jananii fuula qofaan wal jaalatan akka irraa gorfamaniif akka irra waa baratan ergaa guddaa dabarsite.qaruute intalaa umrii dheeradhu.
Uma rbbii guda malalhiqabuu
Abdu 🎉🎉dhugadha
Waan ajaa'ibaati! Mucayyoo kana keessatti dandeeetti cimaa fi ofit-amantee guddaa argina-haa tumsinu🌸🌸🌸👏👏👏👏😍😍😍😍
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
Kotuu matii nafa thii Qalii
Rabbii umurii kee yaa dheresuu oboletii koo kan nama umuu rabbii 🤲🤲🤲🤲🙏🙏💯💯💖💖💖💖💖💖
Kotuu matii nafa thii Qalii
Rabii yeroo dhiyoo kesatii Abba mana Garii isnif ha kenuu obolleetii to 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
Uuuuuuuuuffffffffffffiiiiii waaqayyoo gaariidha gifti koo yeroo kamii iyyuu☝️🥰😭❤️❤️
Kotuu matii nafa thii Qalii
Bayeen gadee dhugaa waqayyo ini dhabee sii demsise issa kanis hin dhadhabuu oboletti koo jabadhuu ....
Koonfiidansiikee baay'ee Natii toolee jiraadhuu Umaa waaqaatii homaa gochuu hindanda'aamuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waan waaqayyoo godhe waan ta'ef jabaadhu. Jabduu namaa
Wwwwwwaww
Waaqayyoo gaariidha
Eebbifamii dachaa ❤️ darbii jiraadhu
Uumama Waaqayyootti gammaddudha
Kotuu matii nafa thii Qalii
Hadhoo koo rabbin umuri si yaa dheresuu ati enunu ni calataa♥️♥️♥️♥️😥😥😥😥🙏🙏🙏
Qaama hir'achuun sammuu hir'achuu miti jechoonni kee barnoota namaaf ta'a jabaadhu jabduu koo baga dhalaatte♡♡
Misikinaa waqayyoo umurii siifaa kenuu uuuuuffff waqayyoo manaa siifii kenaa innii malii dadhabaa 😭
Waaqayyoo fayyaa guutuu sif haa kennuu umurii dheeradhuu jabduu koo❤️❤️🥰🥰🥰🥰
አሜን አሜን አሜን አሜን አሜን እልልልልል እልልልልል ቆንቀ በይጋባኝም መንፈሱ ግን ነክቶኛል
👍👍👍 i appreciate your confidence dheraa tik tok banadhu namoota akkake kana nama bayyetu hordofa sunimoo sif kaffalttii ta'a isaan of jijjiru danddessa
Lakk ishee nuf ladhaa mee akka ishee gargaruf
Yeeroo baay'ee qaama midhamaa ykn gabaabaa kan heerumtuu duubartiidhaa malee dhiira miitii yaa Rabii
wow dhugaadha ijjigayyon nama gammaddudha nan beeka eebbifama jechuun jalladha iddo isheen jirtutti barbaadu keessanif. mucaan kan biroon ille jirtii aanaa sana keessa
Giftikoo goftaankoo saa gargaruu umurinkee haa dheraatuu iddo haawwikee goftaan itti sif haa gutuu🥰🥰🥰🥰
Jabadhu waqayyoo sii wajiin jiraa ofitti amanamun ke nama bonsaa
Wow ofitti amanammuumaa muca kanatu bay'e namati tola jabduu fi ogeeti dha!! Waqayoo Gayyellaa Eebbifama siif haa latuu giftii koo jabadhuu
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰
Atii shame ree cimtuudhaa waqaayoo si haa gargaaruu ebifamii barumsaa gudaa fi muddanoo baredaa iraa baraatan nuuf qodee waqaayoof hunduu hin dandahamaa budenaa hin dhumnee sif haa basuu🙏😍
Waaqayyoo Gaariidha Yesuus Fira dhugaadha Hadhoo koo
Waaqayyoo Akeeka sifi qaba Obboleetii Koo
Waaw dinqiin waaqayyoo namatti tola.Isaaf haa galatu. Aameen ,Aameen ,Aameen!!
Waaqayyoo baraf jireenya kee yaa Ebbisuu umurii kee yaa dheeressu dachaa mudaannoo kee bayyee nama barsiisa
Bayyeee namaa ajaibaaa ufitii amanamumanii isheee wolahiii
Akkanumaati bayyee bareeda dhugaa waqayyoosirridha hundaa kenyaa qixaa jallata
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko
Waqayoo umurii kee haa dheereesuu haadhoo.koo kun umaa.waqayyootii
Amale waqayyoo siha.gargaru
Uuuuuuuuuffffffff hojin waqayoo dinqiidhaa😥🙏💘💘💘💘
Kotuu matii nafa thii Qalii
Waaqayyoo hamale siha jabesu
Gazexessa Kan namnii isinitti tolee mee like godhaa,haala inni itti gafatuu anii ajaibsiiffadheerra,❤
❤
Bayyee jabiduu dhaa ebbifamii gurisunii kee namattii tolaa garrii gotee
Woow baayyee namatii tolaa dhugaa anii kolfee😁😁🤣🤣 baayyee mudanooraatii
Waaqayyoo baraaf jireenya keessaan haa eebbisuu ijjigaayyoo jabduukoo ♥️
Mudaannoo kee ajaa'ibaa dhugaa nan kolfee 😁😁😁
Kotuu matii nafa thii Qalii
Uuuuuffff waaqayyoo saa gargaru saa eebbisus giftiikoo jabaadhu waaqayyoo gaariidha ❤🙏
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii koo
Wayine mamaye🥰🥰🥰mucaa ni marate Kan jette kolfe waq🤣🤣🤣😂😂
jabaduu koo raabii sii waaliin haa ta,uu😢😢🥰🥰🥰🥰
Oboletii Waqayoo gudaa si haa eebbisuu! Barumsaa gudaa si iraan baradhee! Gudaa ebifamii!
Host (interviewer) - you are amazing! The respect you have for your guest I am really touched! God bless you!
For future would you make a little more accommodation (chairs that is more suitable to your guests size and shape)! Much appreciated!
Kotuu matii nafa thii Qalii
Waqayyo amayyu lafaa yadaa Ken sihaa gahuu nutis sii gargara ama humna kenyaa jabadhuu
Ebbifamii obbolletti koo.waaqayyoo isa ati yaade hunda sif haakennuu.
Obboleettiikoo waaqayyo umuriikee haa dheeressu🙏 waan guddaan sirraa bare nuuf jiraadhu!
Rabbiin sihaa jabeessu kanuma caalaa
Dhugaa heddu irra barbadhe uuff waqayyoo umurii kee haa dheressuu 🥰🥰🥰🥰🥰
Waqayyoo manaa ati hawitee siif haa keenu
Epherem Galatoomii hojii boonsaa kara social media kana hojjeecha jirtuf God bells u.
Amen amen amen Ebbifamiii Ebbifamiii Ebbifamiii Ebbifamiii lubuuuu
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
Ofitti amanamummaan ishee dinqiidham!
Waaqayyoo sii haa ebbiisuu umurii dheeradhuu
ebbbaaami ayyanii sif haa dabalamuu 🥰🥰🥰🥰 garuuu Muccaa ishen jallate wajjin wali barsisii
Abshir obolleti tiyya hundinu umma goftati ❤❤❤❤❤❤😢😢 28:39
Safuudha hojiidhuma gooftaa keenyaaf
Umuri dheraa jiradhu baredu koo uuuuuuuuufiee🥰
galatoomaa tv mo'aa waan baay'ee irraa baranne. waaqayyoo gargaaraadha.
🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎶🎶🎶🎻🔊🔊🔊🙏🏻🪕🎤🎹🎸🥁🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻Ameeeen Ebbifamaaa ijoollee waqaayyoo
Ameeeen Ameeeen Ebbifama
Umurii keessan waaqayyoo nuuf haa dheeressu, ebbiffamaa.
efirem Muccaa ebbifamaakoo Ani garuu sin bay,een jalladham Mali na wayyaaa♥️❤️❤️♥️♥️❤️❤️♥️♥️😁
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰
Uuuuffeee waaqayyoo gaariidha 😢 😢😢😢❤️❤️❤️
Rabiin fayaa sif hakenuu giftii koo jabadhuu jabduu koo❤❤❤❤💓
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰
Efiiko, Eebbifami hojii gaariitti jirta.
Ufee bareduko ebifaamii edun waa siraa baraadhee
Uuuuffff dhugaa ufaatumale micaachuu hin dandessu nagadisiste
Waaqayoo ini kaleessa si gargaree haraan sii gahee boruus si gargaraa jabbadhu🙏🙏😍😍❣️❣️🥰🥰
Kotuu matii nafa thii Qalii
Wayoo😢atii nama hundaa caaltaa giftii koo
Wow barumsa guda irraa baratama dhugaa mudannon ishee bayye nama kolfisisas irraa baratamas
Goftan si,aa Ebisuu Qaxaledhaa atti Jabadhuu ♥️♥️♥️
Aja'ibaa
taa rabii koo.🥺🥺🥺🥺
Ofitti amanamummaakee utuu hin dinqisiifatin darbuun fafa😊 jabaadhu waaqayyo nagaaf boqonnaa isaa sirratti haa baay’isu.
Kotuu matii nafa thii Qalii
Misikinaa wolahi 😢😢😢❤❤❤❤
Waaqayyoo se hgrigaruu 🙏🙏🙏
🤣🤣🤣🙌🙌nyaq godheen cufee silkii koo jete dhugaa jabduu wayiti qaruuxee koo jabaadhuu💪
Subanallayi💕💕❤️❤️habibiti
wawwwooo waqayyoo waan hundumatii siihaa gargaruu
Bagaa nagaa dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa baresuma gudda ofii keessaa qaba Jabbadhu bayyee the first night of 😍😍😍😍🥰🥰🥰
Jabadhuu raabii si gargaraa!
Waaqayyoo beekadha jabbaadhu Ebbifamaa.
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
Waqayoo sii haa ebbisuu jabadhuu
Inni at itti hirkate waaqayyonke bekkadha
Self confidencen kee 1ffadha jabbadhuuuu
Ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa dachaan
Gooftaan umurii kee haa dheresuu dhugaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
Kotuu matii nafa thii Qalii
Ebbifamaa maqaa yesusin
Ammmeen Ammeen Ebbiffammi
Ameen Ameen Ameen👏👏👏👏👏👏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤
Ebbifamaa
😢😢😢😢😢😢🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️🙏 yaa hojii kee gofta koo 🙏🙏
Kotuu matii nafa thii Qalii
Obboletin koo akkasuma waggaa 7 akkasiti turtee afaan ilalee refuu baruu jalqabdi amma waggaa 14 keessaa jirti ufee😢😢😢😢😢😢Homa miti waqaayoo waan godhef qaba🙇♀️🙏🙇♀️🙏🙇♀️🙏🙇♀️🙏🙇♀️🙏🙇♀️😢🙇♀️🙏😢🙇♀️🙏😢🙇♀️🙏😢🙏🙇♀️❤️
Woooow waqayyoo siaebisuu waqayyoo gaariidha
Ebefamaa 🙏🙏💕💕❤️❤️❤️❤️💕💕
Amen Amen Amen ebbifamaa
Please bilbilaa siifii akawantii sii nuu maxasa 😢😢😢❤❤ Rabbiin siifana haa jiratuu 🥺🥺
Hi naan jedhe ariifateee😁😁😁😁😁
Haadho ko abidi hikutini uma ke umadha haadhoo ko Ayi ❤❤❤❤❤
Uuuuff Giifiti koo jaabadhuu🥰🥰🥰🥰
kKkkkkkkk waxiin lafati badee yarabbii hundinu harka kee jiraa mafi nama baqatuu qomatin yogababate mali bineesa mitii nama i arguu
የኔ እህት አይዞሽ ❤❤❤❤
Uuuuufffff malii tun dammii dhugaa
Be strong continue...
Jabaadhu ati nama waaqaa
Ameeeen Ameeeen Ameeeen 🔥 🙏🏻 ♥️ ❤️ 💖 Ameeeen
Kotuu matii nafa thii Qalii
AMEEN AMEEN Ebbifama
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@@amanaaQuruu6491 Tollee sif ta.a atileen naf taii mee qalii to
Mucaan interview godhaa jirtan Kunis barri keessan haa Ebbifamuu
Galatoomaa hundii keessanu Galatoomaa
Ebifamii oboletii koo waqayoo si ha jirachisuu amayuu waqayoo dandetii sif ha dabaluu