Dhugaa dubbachu taanan abi gon nama jaalala beekudha, duraan soreetti sirritti jaallata ture, isheetu an tiriit si gochuufani jedheen, inni yeroodhuma sana jaalalle kan bira qabateera, soreetti ammo dhiifama gaafatte, dhiifama yeroo gaafattu keessatti jaalalle osoo hin taane obbolummadha kan isheen jecha turte kanaafuu abigon sirri jiran jedha an akka kootti
youtube.com/@abigo12.?si=xWGUsYBaQk2Nf_8s subscribe godha channel koo 2ffaadha
Hadaraa hin dhaabiinaa itti fufaa hojjedhaa warri jettan like godhaa
@@Maria-f8g7j Erga Jalala Wollii Demmu Hin Dadenee Mallii Fayyida Qabbaa Jalallee Isati Hamillee Egu Qabba
Jalalaa ijoolee kanaaf netorkii Ethiopia tokoo 🤛🤛🤛👊👊
😂😂😂😂😂
Dhugaa ketii Ethio bilbila guyyaa tokko network na hasofsisee bekuu😅😅😅😅😅
Kkkkk dhugaa keeti
😂😂😂😂😂😂😂😂@@الال-د8ز6ت
😂😂😂😂😂
Bayyeen isin jalaadha ossoo wa jallattanii garuu soree Akkuma argitee dubbatii dhirrii kabbaja qaba bar waqayyoo walittii isin ha debissuu❤❤❤❤
Uuuuuuuufffff malii ijjollee osoo waliti isiin jalaaldhu moo ❤❤❤❤❤
Namni akka kiyya piraankii tahuu hubatte qofti like godh 😢😢😅😅😅😅😅😅
Laman kessanu jirenyaa adda adda wan qabadanif dubartif dhirii walin hiriya ta,u hin danda,amu adda bahun kessaan barreddadha❤
Hin dhabinaa itii fufaa waliin hojedhaa warii jetan like godhaa mee matis naf tahaa 😢😢
Abgo Bayee balesiteraa dhugaa soree dhifaama gafadhuu Sorren shamaree barreduuf hubbaatuudhas❤❤😢
Dhis soree 😂😂😂😂 isheen of jajiii anuu naa arsite jirtii😅😅😮
Dhugaa jetee Lubbuu
Jireenya kettuu sii Callaa Dhisii Ergaa Jalalaa Wollii demmuu hin dadene hojifi Jettee jalalee tee hin dhabini Attii Jalallee Tettii Hamillee Ishii Egifi Habibo Jalalee tee fanna hojadhu TH-cam ❤❤
Maali, sigootee, sooren, dhiroo, sooren, obsitudhaa, garuu, jechotakee, bareechi, asaayi, oke❤❤🎉🎉
Hijooleen kun nama marartti dhugaa Waaqa mee warri akkakoo jaalattan😒👍🤏❤😍
Abigo dhisi soredhuma kee sii wayya dhugaa rabbi walira bareduu ❤❤❤❤ waqayo sargii kessani nuu haa gahu make addani bahuni dhorkadha😢
Abigo dhiffaamaa gaffadhu maali sii goote ❤❤
Utuu naa ta'ees naan dhowaa jalalaa kee siif wayya❤❤❤❤❤
Jalalaa baraa kanaa akumaa batirii lolo jedhaa 🥱🥱🥱😂😂😂
Dhugaa.ketii.❤❤❤❤
😂😂
𝐬𝐨𝐫𝐞𝐞 𝐮𝐥𝐮𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐭𝐢𝐢🤰🤣🤣🤣🤣🤣😁😁😁😁😁😁
Dhugaa keti wlh 😂😂😂😂😂
Mati naa taii ples 😢
Atii ishee fanaa hojjeedhu abi
Soree karaa kee fayid barbadii malee jalalaa obbolumaa sif qabduu garuu sif jirenyaa kee wayyaa abigoo garii gotee dhugaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waan araba hin gottefii soren haashuu baga gottefii
Abbikoo dhugaa siinaan jaladhaa garu issin jibbufii annoo
Yomimoo nama bira jalate abigo 😮
Mati naa taii ples 😢
Intalli soore irra adda sii baaftu Kun maal isheen quuro booqan essa dhufte dhiisi Kun boriif siin tatu dhugaa rabbii
Murtee bareedda jedhen yaada Akka kootii because jireenyaa keetirra wonti siin caaluu hin jiruu
Sooreen jireenyaa kee siif hin jiraattu gatii ta'eef abii go yimachish 👍 ofitti deebi'uun gaariidha
Mati nafi taii sistiyye ples
Ganna Sargii keessanitti Nu Wamtuu jenne Sin Egaa. jiraa Nuttoo Itti fuffu qabdu male Istop🙅🙆
Bagaa ittii himtee adda batee Abii👈🏽👈🏽 dhugaa kedhaa Namaa jalallatan Tokko akka hiriyatii ilalun baye.e namatti ulfataa dhugaa ❤❤❤ osoo anaa ta.es waan gochuu danda.udhaa❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
😂😂😂😂 soree dhugaadhuu
As basiimee ishee inaaftuu jalaleeke
❤❤ dhuga keti wani jirenya ketiti gafu tau irraa fagadhu ❤❤
Isin lachuu gemii dhaa sirriti wali taphadha😅😅
jalaachuu hin dandaduu mo akkamii wanii isaa
Qoshaashaa wayi abigo reefun si jibbe an
😂😂😂😂😂
Arabaa ishii tokko akkati naa dabaruu bee intaloo kana😅😅😅😅😅
Atiis isaa itii fayadamtee dhisuf wan demtuu ha siraa fagatuu ninii sijalataa wan tahefii 😢
Ni dabara wlh abi lakkii wan akkana dhissii sanyii ko addan hin bahinaa❤❤❤
Aboo'dhise'dubii.siraa.baredaa.jirtu.'aksii'tanani'yero'amaa'kana'wonti'dhugaa'hin'jiru jechu ka'a 'baye'kade'dhugaa'uuuuffffiii'sore'baye'nama'gari'dhaa'eshima'fudhii'male'dhise'kani'biraa🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤😢😢😢😢
Jaalala kee siif wayaa dhugaa anile j kootii akkasuman hinafaa ❤
maloo ishiin bakaa sif qabaduu bilaashumaa afanin hihidhamata malee sirraa dhitee soreen
Pranki tahu qaba wori jetan like❤❤❤❤
Dhugaa rabbi abigo sore hin dhisni dhugaa dubarti Yadda qabdu❤❤❤ bun
😂😂😂😂😂Taphaaa ijoollee jelaa qabdaan😂😂😂😂😂
Anii garuu Akkaa mataa kotitii nama jirenyaa keetif sii taayuu sif waayaa soretiin faaydaaf sii barbadii malee sif faydaan qabduu
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤walirra adda in bainaa dhugaa wal wajiin hojadha
Maaloo Abi seena Keessan balleessitan
Dhuggaa dubatudhafi hin jaallta yo ta.ee Akkntii ittii dhiyatee onnee uffii kesa basuu hin danduu ❤❤
Masha Allhh jetee soren😢😢 garuu hin hinfa jirtii mo😂😂😂
Ani akkan hubadhetti Akka sorren itti hinfte jaltuf pranki godhar seha
Namni guyyaa tokkoof Meeshaa naaf bitu hin jiruuyi ijoolleetti kana lamaan ittin ajjeeseen isaaf deebisa
Reefuu nadabbarte abiigo dhugaa waaqaa jalallenkee sii.inaafti taanaan borumayyu rakkoodha akkuma sooreen jetteyyuu
😂😂😂jalaali soree yoom si qabe yoomitu sii dhisee yoomitu hiryyaa qabate ati mo duranu qabda nama dhibaa jalaali bara kana dhugaa😂😂😂
Ayii Oromoo jedhee Abiyii 😂😂😂😂 Safuu JalalaaBaraa kan 😮😮😮😢
Ati dhuga waaqayyo dhirra dha jabadhumo hadha mana ke duuka si egna
Abigo jireena kee jiraadhu ituu ana ta'es nan inaafa dhugaa rabbi💕💕💕
Hin fidinii kanii nama diguu malee kanii ijaruu hin jiruu❤❤
Durayuu osoo jalaale qabdu soree jalaatemo ati abi go 😂😂😂😂
Wan nama dabaruu Waaqa soree bareduu koo abshiriii 😢😢😢
Dhugaa bakka soore buheen gaddee namaa akkshee in argattuu atii
Abi go miskina Kun kabaja yuu sif hin qabdu bagaa dhiste😢
Isiin waalii irraa barebduu dhugaa waqqaa waalii hin dhisnaa S&A
❤❤❤❤❤ baredaa gotee dhugaa irra faggadhu
👍👍👍👍👍👍
Dhugaa rabbi maaloo phirak akkana nuraa dhissaa goshii akkumaa Durati itti fufaa❤❤
Dhugaa keetii 😂
Dhugaa keetii
Jalalli keessanif Ibsaan Ethiopia tokkumaa😊😊😊😊😊Park dhumaa hinqabnee jaladha fata nuugotan
Abigo waan gaarii hin gonee
😢A💔 S😢Uuuuuuffff 😭 Adan batanii🖤❤️🩹 okay haye me fiidii jalale te san 😢❤🎉A? 😂 dhuga hasawa soreti nama kofachiisa😂😂mudiin ishe😂sila wal jalatni baye nati tola😢
Hoochii Abi go hin faayadu atis
Harki taraa waldhiqa jedhee oromoon abbo hojii keessaan nyaadha 😢garumasayyu wallallee jirraa walumaan hojedhaa hojiin keessan baay'ee bareeda itti fufaa akkas wayyaa😊🎉
Dhugaa dubbachu taanan abi gon nama jaalala beekudha, duraan soreetti sirritti jaallata ture, isheetu an tiriit si gochuufani jedheen, inni yeroodhuma sana jaalalle kan bira qabateera, soreetti ammo dhiifama gaafatte, dhiifama yeroo gaafattu keessatti jaalalle osoo hin taane obbolummadha kan isheen jecha turte kanaafuu abigon sirri jiran jedha an akka kootti
Abigo Muciyyoon kun sin kabajju. Yerooti surbirize gootu faaraa jettee so arrabsiti
Ossoo waliin hojjettanii gaariidha Maal rakkoo qabaree jaalalleekees fidiitii sadii tahaatii hojeedhaaka❤❤❤🎉🎉😂
Malifi dhabiduu ittii fiddaaa malee hin dhabinnaa😢😢😢😢😢😢
Abigo jireenya keetu sii caala🎉🎉
Dhugaa rabbi anii duraa pirkii tahu naf hin galee keessaa kotii hin rifadhe 😂😂😂😂
Jalali kun salphadhumaa sin biratimoo ji,a tokkoo kesatii onee nama lama kesumesitee yaa abigoo barana nu fixaan sinoo🤣😁😁😁😁
Wali dhisaa aboo wajin baredani waluman hojechaa
Sooree baay'ee aratee dhugaa Waaqayyoo 😂😂
Wayii.gudii.siidhungaadhuu.jetee.sooreen..hinumaan.kolfee.dhugaa..sooreetoo.leencaam.atii.qaliitoo.abshiir.abiigoo.baaleesaa.qaabdaa.atis.of.siireesii.sooreedhumaa.sif.waayyaa.??£
Ayiiiiii qodaqodaadhayii ademsii keessaan
Abigo atii hojii fi hariroo jaalalaa adda basii dhugaan gadii ta,aa hasa,aa walii galaa soorefis yaadi abigo balessaa qabdaa hojiif jaalalii gargarii
Maltuu dukaa sicinqaa silaa namni biraa hin jiruu😂😂😂😂😂
Isuunumti wal jaaladha ❤❤❤
Hi orom mallii ishinii namttii soree uuuuuufff 🖤😭💔
Duraa siii jaladhaa malifi jetee kun cubudhaa dhugaa soree jaladhuu dhisi sanii😢😢😢😢😢 wan sirii hin gonee dhugaa Abi😢😢😢😢😢😢
Pirank aja'ibatii ❤❤❤
Abigo ati gana joledha jirenya ke kopha kee ofadhu soredha wajiin hin dalaginii nama bira wajin dalagii
Jirenya ketu cala abi go ❤❤❤
Sin kadhanaa cimaa barbaduu ati hamma danadeesu irraa fagadhuu kalaas dhiira ta,i 😮😢
Taphaa ijjolleen iddoo horiitti taphaattuudha kun malee hasaa nama guddaa miti 😂😂😂😂
Egaa hoo naa dabartanii waq haman walin sin jaladhee isiin jibbuf jiraa😡
Dhiifama waliif godhaa adaraa jaalala bara 2017 namni akkamiin dafee walitti yeroo buhee nama biraa barbaada nama hunda irraa jaalalli nama qabammoo 😅😊
Maatii naaf taha oromoo koo❤❤❤
Soren maf of akkabadi gaarru haasa hin beektu kanaf abigon dhiisu feedhe yoona waari akkako like godhame😂😂😂
Hec Abi atis karaa irra katte😮
Wly tokkofaan ilalle hammalle hin xummuree garuu
Maaltu si kakachiise ree😂😊
@Sifanoroo70 maaltu si dhibbe
Dhisii jalalekee sif woyyaa abigoo
maali rakkon keessan yoo adda baatan dhuftanii nutti boossu yoo xiqqoo walii galtanimmo daftani walloltu maal jechuudha waliif galaa malee sooretti qelqel hin jedhin gadi dhaabbadhu🤐🤭🤔
Soorettiin jaalalaaf osoo hin ta'in dhugaa maallaqa sirraa nyaachaati jirtii siif fayyadu faayidaa ishiitiif sitti siiqxee tuni duraa iyyuu
Eee akkasuma silas dalagaaf walitti dhugan malee waan biraaf miti kanaafu itti hin murteessina
Dhifaamaa 🙏abigo yeronii kunii video kanii hojaatamuu mitii nutii gadaa kesaa jiraa malii 😭😭😭😭😭
Dhuga ketii❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Dhirii hin tatuu waaqa 😅😢😢
Jalaalaa lamaan waal faanaa hojeetaan malaee namaa biraa siriidhaa nii dabaraa😅😅
Abigo miskinaa koo atii jirenyaa kee waya ❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
dhugaa sooreen baayyee si jaalatti
Soreen of jalati abi Gon jirenyaa of jirachu qabaa barii