ไม่สามารถเล่นวิดีโอนี้
ขออภัยในความไม่สะดวก

ጀዋር ቅዱስ ቅዱስ መጫወቱን ትተህ ሌባ ዘራፊ ደጋፊዎችህን ሃይ በል! ዶ/ር አብይ በአርሲ ሽርካ ያሉ ክርስቲያኖች ደህንነት አስጠብቁልን ትጥቅም ይታጠቁ!

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 26 ม.ค. 2024
  • ጀዋር ቅዱስ ቅዱስ መጫወቱን ትተህ ሌባ ዘራፊ ደጋፊዎችህን ሃይ በል! ዶ/ር አብይ በአርሲ ሽርካ ያሉ ክርስቲያኖች ደህንነት አስጠብቁልን ትጥቅም ይታጠቁ!

ความคิดเห็น • 138

  • @Raayyaakajawaa
    @Raayyaakajawaa 6 หลายเดือนก่อน +3

    Hattuun kamtu tuulama jiraa mitii qinee kee dhiisi worri tuulamaallee Kani naannoo arsii jiraatu Kuni amaaratti ufi fakkeessuu dhiisuu qaba .

  • @mimitubetube1262
    @mimitubetube1262 6 หลายเดือนก่อน +2

    ኧረ ምስራቅ ሸዋ ዞን መቂ እና አ ካባቢዋ ሰው እየታገተ ገንዘብ እየጠየቁ ከገበሬ ማህበር ህዝብ ነቅሎ ወጥቷል ህግ የለም የምር ኦሮሞነት ይህ ከሆነ ገደል ይግባ

  • @bekamaagerado9779
    @bekamaagerado9779 6 หลายเดือนก่อน +2

    Jazbaa kalessa uf fannisuu yalte amma kanaan dhufte jzbaa

    • @GenaIbsa
      @GenaIbsa 2 หลายเดือนก่อน

      Hayyuu koo👍👍👍

  • @RoqayaMohamed-vg8bv
    @RoqayaMohamed-vg8bv 4 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤በርተ አንቴ ጀግና ነህ ሠዎቹ ልክ ሠይገቡ መ ቆም አይችሉም

  • @kasukasu5074
    @kasukasu5074 4 หลายเดือนก่อน +3

    በቤትህ ሲገባ አመመህ አይደል?
    ስንቶች ይህንን ሲያስተናግዱ መስሚያህን ደፍነህ ነበር 😢

  • @user-gy9vj9pf8x
    @user-gy9vj9pf8x 6 หลายเดือนก่อน +4

    አርእስት ላይ ጁሀር ብለሃል ጁሀር ስልጣን አለው አሉህ ? ከጁሀር ላይ ውረድ

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 6 หลายเดือนก่อน +2

    ያነሳኸው ነገር ትኩረት የሚሻ እና መስተከሰከል ያለበት ነወ። ግን አንዳንድ ፀያፍ ቃላት መጠቀህ ያልጠበቅሁት ነገር ሆኖብኛል። ?

  • @dhhfhj9818
    @dhhfhj9818 4 หลายเดือนก่อน

    ❤Kafe Akkaami Jirtaa Jabba Keenyaa

  • @DabbaalEntertainment-wj2hm
    @DabbaalEntertainment-wj2hm 6 หลายเดือนก่อน +3

    Kaffiyaaloow Obboleessa kiyya wanti tahaa jiru, akka nama aarsu ifatti namaa gala. Ergaan kees sirriidha. Mormii tokko hin qabu.
    Aartee akka haasoftu naaf gala.
    Garuu, jechoonni ati fayyadamteefi haalli ati miira keessa galtee dubbachaa turte sirrii miti. Afaaniin waan hedduu balleeysitee jirta. Goleewwan Oromiyaa hundatti haala qabatamaa naannawicha jiru bu'ureeffachuun miidhaan wal fakkaataan raawwataa tureera.
    Ati har'a maatii keefi amantaa kee akkasumaas namoota ati miidhamuu isaaniif dallantee dubbattuuf amma sitti mullatee si dhukkubsuus, Oromoon garuu Abidda laboobaa lama giddutti erga gubachuu eegale waggoota shaniif gidiraa, buqqaatee, ajjeechaa hanga hin qabne dabarseera. Fkn tokko qofa siif kaasuuf, Lixa Oromiyaatti Oromoota Amantaan Muslima tahaniifi keessumaa Harargee irraa achi qobatanii waggootaaf achi jiraatan, isin Soomaaleedha, Harariidha, Arabaafi kkf jedhamanii ajjeefamaniiru, buqqifaamaniiru, maatiin guutuun dhumeera. Haati ijoolleefi Abbaa manaa guyyaa tokkotti dhabde, meeqaatu jira. Kan nama gubu. Kan kana raawwatu, humna abaluun hogganamu jechuun ariitiin qorannoo tokko malee jala sararuun dogoggora nama beeka jennee jala yaanu akka keetiirraa dhagahuun xiqqoo natti ulfaateera.
    Maaliif yoo jette, rakkoon nageenyaa ykn waraanni naannawa tokko yoo jiraate, Kashlabbeeniifi gareewwan adda addaa maqaa Amantaas tahee sabaa akkasumaas, naannawaafi dhimmoota biroo maqaa dhawachuun of waaman gurmaa'anii, saamicha ajjeechaafi yakkoota adda addaa raawwachuun muuxannoo idil addunyaati. Kunimmoo Tigraayitti, Naannoo Amaaraatti, biyya keenyaan alattiis iddoo heddutti qabatamaan tahanii dabraniiru, arraas tahaa jira.
    Haasofni ati amma goote kuni warreen waggoota hedduuf Oromoo Naannawaan jechuuniis qubsumaan, Amantiifi mala biraatiin qoodanii akka barbaadanitti garba godhanii fe'achaa turaniiti amma irra deebiin fe'achuuf qophiitti jiran akka carraatti itti fayyadamu, kunimmoo shakkii tokko hin qabu.
    Yeroo TPLF kufee, Dr. Abiyyi fa'aan gara aangootti dhufan, kashlabbeen ganda keessaa gaafa namni adda rasaasaaf kennee qabsaa'ee injifannoo fidu golatti ol galtee fincooftuufi dabrees Qeerroo ajjeesisaa turte hundi, ani Qeerroodha jechuun maallaqa hangana kafali yoo didde manaa keen gubsiisa jechuun saamicha hedduu raawwachaa turte. Duriyyeen gaafas dura daandiirra bulaa turte, waan namaatiin amma kan gamoo ijaarte meeqatu jira. Manatti deemuun meeqa akka reebanii lubbuu baasan manni haa lakkaa'u. Hanga mootummaan tarkaanfii fudhatee hin balleessinitti.
    Kanammoo Johaariis tahee nama biraatu akkas godhe ykn goosise jechuun sirraa hin bareedu.
    Tuulama akkas kan jetteef xiqqoo sittiin qaanfadhe. Tuulamni Dhiiga kooti. Oromiyaan kan Oromoo hundaati, Tuulamniis tahee Oromoon inni kan biraa Oromiyaa keessa iddoo barbaade deemee, qubatees tahee, yeroof qotatees tahee daldalachuun, akka barbaadetti horee dannabee guddatee jiraachuuf hayyama ganda kamuu, Amantaa kamuus tahee garee kamuu hin gaafatu. Iddoo dhaqetti kabajaan Obboloota isaatiin simatamee nagaan jiraachuu qaba. Kanammoo qabatamaatti caalatti lafa qabsiisuuf warri siyaasa Oromoo keeysa taa'anii mataa dhookfachuun Oromoo Amantaan, Gosaan, Gandaafi haalota biraatiin qoqqoodan dhaabsisuuf hojii cimaa hojjachuu feesisa.
    Gabaabinaan Oromiyaa keessatti kanaatu tahaa jira. Diraamaa siyaasaa hamaatu, Saba qulqulluu kanarratti taphatamaa jira. Gareen tokko waan maqaa nama wahii himateef kan namasaniiti jechuun hin danda'amu. Kan biraa ijaaree maqaa ebaluu himachuun balleessaa raawwadhaa jechuu waan danda'uuf, ariitiin murteessanii isaahuu Afaan warra qaawwaa Oromoo ati jaalattuufi qabsaawaafii turtee qoqqoodanii laaffisuun ammaas fe'achuuf qophaa'aa jiraniif daboo ooluu taha. Afaan keen osoo ergaa kana dabarfattee hamma tokko gaarii ture.
    Obboleeysa kiyya, sirra beekeen miti kan si gorsu. waan an si gorfachuu barbaade na hubatta jedheen yaada. Galatoomi!.

  • @melber7957
    @melber7957 5 หลายเดือนก่อน

    Thank you

  • @iftumohamed2443
    @iftumohamed2443 4 หลายเดือนก่อน

    Jazba jawhar ekiyah aydlam

  • @fuadaliye4545
    @fuadaliye4545 4 หลายเดือนก่อน +2

    Essaye ati malif arabsita nabiy kenya

  • @mesfindaniel2530
    @mesfindaniel2530 6 หลายเดือนก่อน +2

    እነሱ ምንም አይመስላቸውም በብሄር ስም ክርስትያኑን ማፅዳት ይፈልጋሉ ድሮ ገና ነግሬሀለው ሙስሊም ገዳይ መሰሪዎች ናቸው

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 6 หลายเดือนก่อน +1

    wle come kaffaluu ❤️💚❤️

  • @chaltudame8347
    @chaltudame8347 6 หลายเดือนก่อน +1

    Rabbin Si araramuu

  • @dr.erdachewkassa2784
    @dr.erdachewkassa2784 6 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤

  • @mdkelifa3792
    @mdkelifa3792 6 หลายเดือนก่อน +1

    Kijibduu

  • @fevenabrham5428
    @fevenabrham5428 6 หลายเดือนก่อน +1

    ❤የምታነሳቸው በጣም በሳል ናቸው! በርታ! ❤

  • @sarawarke154
    @sarawarke154 6 หลายเดือนก่อน

    The Lord protect you brother.

  • @GezeDejenu
    @GezeDejenu 6 หลายเดือนก่อน +2

    Jawaar eenyumtuu hin jibbuu .he is oromo icon politician garuu ummata 2009-2010 uulmmata arsii kakaasee jira ,inni kirstaana oromoo saama,ajjesaa hin jenne warri musliimaa arsii baayyini polotikaan isani amantii bu'uura kangodhatee ,oromoo kan walficisiisuu ,tokkumaa isaa diguu fi nyaapha namatti gammachiisudha .namoonni midiya fayyadamtan waan kana lababdanii dhabsisuudha qabduu

  • @UuUu-ls1qq
    @UuUu-ls1qq 6 หลายเดือนก่อน +1

    Sakkaaraammii jazbaa

  • @selemonbeyene2035
    @selemonbeyene2035 6 หลายเดือนก่อน +1

    ጭራሹኑ ብሶብሃል፣ ወደህክምና ጎራ በል።

  • @Gibeintertainment
    @Gibeintertainment 6 หลายเดือนก่อน

    My hero ♥️♥️

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia3736 6 หลายเดือนก่อน +1

    kafalew akkam ❤️sanyii koo maltatee 😢😢😢
    hojii shanneetii kun 😢😢waaqaayyoo isaan yaa baleesuu 😪😪

  • @hfuf3800
    @hfuf3800 6 หลายเดือนก่อน

    ❤❤

  • @nuresharifa-cr7vl
    @nuresharifa-cr7vl 6 หลายเดือนก่อน +1

    Jazba

  • @mesfindaniel2530
    @mesfindaniel2530 6 หลายเดือนก่อน +1

    ኦሮሚያን የሙስሊም ለማድረግ ክርስቲያኑን እያፀዱት ነው የመንግስት ባለስልጣን እጅ አለበት ኦሮሚያ ላይ በኦርቶዶክስ ጥላቻ ስም ክርስቲያን የተባለ እያጠቁ ነው ሁሉም መቃወም አለበት ትክክል ብለሀል

  • @user-zk4zq8vg6r
    @user-zk4zq8vg6r 6 หลายเดือนก่อน

    isakarina sakranaa

  • @tejitugutema1394
    @tejitugutema1394 6 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤

  • @melber7957
    @melber7957 5 หลายเดือนก่อน

    Abiy yeshalal ke jawar by the way!

  • @ameng9953
    @ameng9953 6 หลายเดือนก่อน +2

    Siriidha Kafe, baayee nama Ariissa, because yeroo baayee Arsii keessatti namiin kirstana ta'e Amahara jeedhama, yeroo duuri beekumsa dhabinneetti , amma hoo? Yeroo baayee wanni kun ni yaallama turre. for the last more than 30 year. Oromoon tokko. So keessattu namoon islaama ta'aan dhabbissisu qabaan, ta'u banaani 1ffaa dinnaa oromoo lafa irra baalleessuf hirba dhaba jiru kanaaf balbaala bana. 2ffaa akkuuma ati jeette oromo isilaamma bakka gara gara rakku birra itti umaa . These are very serious guys. No more

  • @yaarabbiyaaallah1361
    @yaarabbiyaaallah1361 6 หลายเดือนก่อน

    Kaffee Jawaar Guyyaa tokko miidhamni oromoo itti dhagahame hin beeku

  • @bekamaagerado9779
    @bekamaagerado9779 6 หลายเดือนก่อน +1

    Ati jibbaa Amnti jibbaa islaamaa fi Muslimafi qabdu mul”isa

  • @KhalidKalid-zw6xs
    @KhalidKalid-zw6xs 4 หลายเดือนก่อน +1

    ለካ እንደዚ ግብዳ መሃይም ነክ

  • @Raayyaakajawaa
    @Raayyaakajawaa 6 หลายเดือนก่อน +1

    Waani garaa sijiru mara dhoobde ibboo Kani jawaarii ganaa angotti dhufutti quba qabdu shimallisiin faa sangoota tuulamaa Tani oromoo lafarraa duguugaa jirtu sannitti hin dubbattuu ?tuulamni arsii sirkaan keessaa qafaa miti hanga dalloo bidiree jiraa rakkoo sirkaa achumatti fixadhu gurbattii dubbii hin dhoobinii inni Kuun nagayumaan jiraa

  • @AbyatarSeyoum
    @AbyatarSeyoum 6 หลายเดือนก่อน

    በጣም ያሳዝናል 😢😢😢። በራስ ሃገር እንደ መጤ መሰደድ ይገርማል።

  • @jaklv7906
    @jaklv7906 6 หลายเดือนก่อน

    ❤️❤️❤️❤️👍👍✔️👍👍👍👍👍

  • @rozazouba7538
    @rozazouba7538 6 หลายเดือนก่อน

    kffiylewe❤ gewar eko lba htu newe argi newe hcalune ysgedele ygedele yha wesa

  • @user-kr5kn1jo1o
    @user-kr5kn1jo1o 6 หลายเดือนก่อน +1

    Kaffee namakoo adaraa sirritti of eegi Waaqaa gaditti. Si ganee abbaatti hin himani kaffee

  • @morkmedia6919
    @morkmedia6919 6 หลายเดือนก่อน +2

    Ni katii diqaslaa fi gantuun qabeenyaa keenya ni fudhana ati deem ati qee keessaniti

  • @atrueleader2606
    @atrueleader2606 6 หลายเดือนก่อน +1

    ባለፈው አብደህ እራሴ ላይ ካልተኮስኩ ካልክ ግዜ ወዲህ ምንም አልተሻለህም! የነዛ መተትማ ሰርቶብሃል። ታሳዝናለህ።

  • @user-kr5kn1jo1o
    @user-kr5kn1jo1o 6 หลายเดือนก่อน +1

    Namni kun eenyu akka ta'e, maal akka hojjete hubachuun waan isin barbaachisuuf wareegamuu goota keenya jaallatamaa HAACAALUU HUNDEESSAA booda maal akka hojjete kefyalew tufa youtube irraa ilaalaa namoonni oromoo taatanii dhugaa dirree irraa mul'atu inni dubbannaan safuu dagattanii afaaniin albaatan.

  • @berehanabebe2010
    @berehanabebe2010 6 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 አይይይይ የኔ ጀግናች

  • @chaltusuphe9465
    @chaltusuphe9465 6 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @user-ky4zk7jc5o
    @user-ky4zk7jc5o 6 หลายเดือนก่อน

    Mucaan kun haqqii lafarra jirtu dubaata

  • @kidanelelisa9502
    @kidanelelisa9502 6 หลายเดือนก่อน +1

    Won't you able to analysis such conflict project is /was arranged by government why you say repeatedly government has to stop??? Don't be foolish dear my brother!

  • @melber7957
    @melber7957 5 หลายเดือนก่อน

    Yeza akababe merewochema ke Oromiyaa meweged alebachew enje

  • @berehanabebe2010
    @berehanabebe2010 6 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @GenaIbsa
    @GenaIbsa 2 หลายเดือนก่อน

    Arsii keessatti, kirstaana waan tahaniif ummanni shawaa baayyen amaara of fakkeessa, afaan amaaraa malee sitti hin haasahu,,, isaan keessaa kafyalof maatin kafyaloo tokko jedheet yaada worri goota keenya jabaadhu jettaniin kafyalif maatii isaa oromummaa dhugaa akka qabaatan gorsuu hin irraanfatinaa

  • @markshawn6967
    @markshawn6967 6 หลายเดือนก่อน +1

    What happend to tplf,will happen to pp

  • @carmanline8011
    @carmanline8011 6 หลายเดือนก่อน +1

    Jewar has no power in current Ethiopian politics....jewar inaatuu Orthodox nat min maaleet felgehnewu

  • @genamoshufeer119
    @genamoshufeer119 6 หลายเดือนก่อน

    live duutee turtee bar.eenyummaa kee argine.

  • @iftumohamed2443
    @iftumohamed2443 4 หลายเดือนก่อน

    Quahsh nah

  • @adamfujitec8587
    @adamfujitec8587 6 หลายเดือนก่อน +1

    Lamanyii hawadharuw maqaa jawar hin kasin

  • @nuresharifa-cr7vl
    @nuresharifa-cr7vl 6 หลายเดือนก่อน +1

    Fasam 😆

  • @amandekebo5593
    @amandekebo5593 6 หลายเดือนก่อน +1

    woy kaffyalwu kuftee jirta maaliif yoo jettee an namni du'uu ,saamamuun haala at jettu kana raawwachuu isaanii gaddaa guddaatu natti dhagahama garuu kaatee namoota dhuunfaa irraatti maxxansuuf yaaluu keetti baayyee sitti gaddaa nagayaaf yaamicha godhi malee badi san namatti hin maxxansin edaa at dhugumaan ijoolummaa qabda ,bilchina hin qabdu, Jawaar at jettu kun ofumaafuu jiraachuu dadhaabee biyyaa bahee jiraachaa jira,yaada hin kennuu fagaatee afuura dhokfatee jiraachaa nama jiru ...... Girrisaa kee jettee mii sorry!

  • @yaarabbiyaaallah1361
    @yaarabbiyaaallah1361 6 หลายเดือนก่อน

    Kaffee shirri kun mootummaadhaanii kan inni hojjetaaru. Hin gowwoomin

  • @nuresharifa-cr7vl
    @nuresharifa-cr7vl 6 หลายเดือนก่อน +1

    Nabiy tahuu dadhabdee
    Kanaaf amma tanan nutti dhuftee. 😆

  • @kurakasa5566
    @kurakasa5566 6 หลายเดือนก่อน

    Balegize

  • @Faisal-ii1qf
    @Faisal-ii1qf 4 หลายเดือนก่อน +1

    ante dedabe sekram shetata cheba

  • @fatumahusein263
    @fatumahusein263 6 หลายเดือนก่อน +1

    Kafé oromo kiyya ❤atis itti katte ? Joharin itti dhadachu jalqabde? Dhisii Lammii kiyya wan akkana oromon hidha isa naqanii ufi dachii fudhachaa turan hin bekta

    • @beletetom107
      @beletetom107 6 หลายเดือนก่อน

      ከፍያለው ወንድማችን የተናገርከው በሙሉ ትክክል ነው። እኛ ኦሮሞዎች በዚን ጊዜ በምንም ሀኔታ መከፋፈል የለብንም። ኦሮሞ ሆነው ኦሮሞን የሚያባርሩ ያልሰለጠኑ ኃላ ቀር ኦሮሞ ብያቸዋለሁ። ምነው አርሲዎች እንደ ቁርበት ለባሹ ቡቱቱዋም ደንበጫዎች ማሰብ ጀመሩ እንዴ?

  • @user-xb5rc1ig1e
    @user-xb5rc1ig1e 4 หลายเดือนก่อน

    Weye galoche mechereshachu yeha hone

  • @AshenafiGeremew-rr4nm
    @AshenafiGeremew-rr4nm 6 หลายเดือนก่อน

    Har.a akkamittii sii ifee gurbaa dhugaa dubbatte

  • @user-tt1eg2sr6f
    @user-tt1eg2sr6f 6 หลายเดือนก่อน +1

    Warri “comment” irratti arrabsitan , Nama arrabsuun safuu uummata Oromooti, yaadaan qeequu ykn mormuu wayya. Namni yoo dogoggores gorfachuu wayya.

    • @GenaIbsa
      @GenaIbsa 2 หลายเดือนก่อน

      Kafyalon nama gorfamu osoo tahee koo obboleessa koo,, moromee waan hinbeekne moroma,, deebi'ee hayyuu oromoo arrabssuu qabaa,

  • @fatumahusein263
    @fatumahusein263 6 หลายเดือนก่อน +1

    Malif jijiramtte ?Duran johar jalata kaffe

  • @nuresharifa-cr7vl
    @nuresharifa-cr7vl 6 หลายเดือนก่อน +1

    Deebitee of ajjeesuu qabda ati ajuuzaa

    • @user-kr5kn1jo1o
      @user-kr5kn1jo1o 5 หลายเดือนก่อน

      Namatti hin faradiin. Sitti faradama

  • @user-zk4zq8vg6r
    @user-zk4zq8vg6r 6 หลายเดือนก่อน

    isobina

  • @Song-Ram
    @Song-Ram 6 หลายเดือนก่อน

    እከክ በማይሆን ነገር ህዝቡን ለማሰደብ አቁም በረዳህ ህዝብ ላይ የምታረገዉን የስም ማጥፋት አቁም

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia3736 6 หลายเดือนก่อน +1

    maloo afaan oromotiin dabrsii atiis enyuu gara ga'ufii??😢😢😢diinnoonii keenyaa nugaamaduu 😪

  • @GenaIbsa
    @GenaIbsa 2 หลายเดือนก่อน

    Ati sareedha oromoo miti, balfa oromooti,, eenyun taatee jawaarin arrabsita, udaan udaan hin geenye, waan tokko osoo hin hubatin haasofta, jawaanin tuffatuu mitii udaan isaa hin geessu, garamiinuu nama tahaa hin jirtu, beekumssi kee nama arrabssuydha, maraataa taatee karaa irratti hafuun kee hin oolu hinaafaa

  • @AanaMedia
    @AanaMedia 6 หลายเดือนก่อน

    Are you Okey??

  • @ethiopianmusic6659
    @ethiopianmusic6659 6 หลายเดือนก่อน

    dhugaa dubate warri kijiba hafarsitan of taa'a

  • @seyifudinabdurahman1562
    @seyifudinabdurahman1562 6 หลายเดือนก่อน

    Kijiba kee dhiisii amma kana jalqabdee gurbaa
    Atuu maraachuu geesse

  • @sifhorajiranis9524
    @sifhorajiranis9524 6 หลายเดือนก่อน

    Go to holywater,Tsabala Deemi, Diddu girrisaan .....waaa

  • @kedirbushera3511
    @kedirbushera3511 6 หลายเดือนก่อน

    Appealing, praising and condemning at the same time. What is your core message?

    • @melber7957
      @melber7957 5 หลายเดือนก่อน

      Leba Eslam Oromo, Cristianochen eyadenakelu new meseju gebah??? Dengay

  • @user-ti4tw7wk3h
    @user-ti4tw7wk3h 6 หลายเดือนก่อน

    Dabtaraaty Maalaqa sii kenne sila Jari keenya Maalaea ka a agraraan haadha isaa hinarguu saree

  • @ebbonwaaji5545
    @ebbonwaaji5545 6 หลายเดือนก่อน

    Si Gurbaan waxaxeen kun Maluma ta'aara silaa Sabbonumman guyyakessa itti dhufan dhumnisii kana Fayidaaf otuu hin taane dhugaaf sabbonaa ta'uutu gaariidha

  • @worqusima1598
    @worqusima1598 4 หลายเดือนก่อน

    enyu ati akka nama waagochuu dandautti asoofta rakkoon akkasii gutuu oromia kessa jira ati dhimmicha hoisuu dhisii qaama furmaata tai

  • @sofiaahmad2033
    @sofiaahmad2033 6 หลายเดือนก่อน

    ቶፍቷፋ፣ጀዋርእቅልፍነስቷሀልገናይገዛሀል

  • @abdulfetazeini3037
    @abdulfetazeini3037 6 หลายเดือนก่อน +3

    እይታህን ብታስተካክል ጥሩ ነው ምክንያቱም ያአንተ ቤተሰብ ሲፈናቀል እስላማዊ ሌላው ሲፈናቀል በዘሩ መሆን የለበትም የወሎ ሙስሊሞች ያንሁሉግዜ ሲፈናቀሉ በእምነታቸው ነው

    • @user-xb5rc1ig1e
      @user-xb5rc1ig1e 4 หลายเดือนก่อน

      Ezawe gala kelele awere yearage zer

  • @adamfujitec8587
    @adamfujitec8587 6 หลายเดือนก่อน

    Lamanyii konka kalesa ummata kanatu lubbu ke hambise

  • @Fact1-o6
    @Fact1-o6 6 หลายเดือนก่อน

    አማራስ ለምን ይገደላል ?

  • @bekamaagerado9779
    @bekamaagerado9779 6 หลายเดือนก่อน

    Dubbadhu maal dubbatta kana caala

  • @melber7957
    @melber7957 5 หลายเดือนก่อน

    Arusi Kristen aydelem ende sejemer?? Manew le eslam yesetew???

  • @adamfujitec8587
    @adamfujitec8587 6 หลายเดือนก่อน +1

    Qoshasha hadharawu ati tulama???

    • @beletetom107
      @beletetom107 6 หลายเดือนก่อน

      ከፍያለው ወንድማችን የተናገርከው በሙሉ ትክክል ነው። እኛ ኦሮሞዎች በዚን ጊዜ በምንም ሀኔታ መከፋፈል የለብንም። ኦሮሞ ሆነው ኦሮሞን የሚያባርሩ ያልሰለጠኑ ኃላ ቀር ኦሮሞ ብያቸዋለሁ። ምነው አርሲዎች እንደ ቁርበት ለባሹ ቡቱቱዋም ደንበጫዎች ማሰብ ጀመሩ እንዴ?

  • @GezeDejenu
    @GezeDejenu 6 หลายเดือนก่อน

    Warra muslimaa wan gootan beektanii mucaa kana arrabsitaa walbeekna ,furmaani dhabamuu kirstaniis akkuma ati sidhiituu dandeenya.oromumma nu qabee malee homaa eenyumtuu,eenyuu gadii mitii warri muslimaa nama keessan qabadhaa amma boodee

  • @atrueleader2606
    @atrueleader2606 6 หลายเดือนก่อน

    Gowwaan hin dhalatin dhalatus hin guddatin jechuun kana kunoo

  • @kurakasa5566
    @kurakasa5566 6 หลายเดือนก่อน

    Balefew tenagreh eko kirstan techefechef beleh bale gize zemedocheh bezu muslimochen be shene sim techefechef.

  • @ifbeytamalenamabeytuhasbunalla
    @ifbeytamalenamabeytuhasbunalla 6 หลายเดือนก่อน

    Kaffee keenya yaadni sirriidha akka Oromotti balaaleffachuu qabna, dhimmi kun tokkummaa oromoo miidhaa fida

  • @tewabechtessoduresso9796
    @tewabechtessoduresso9796 6 หลายเดือนก่อน

    OLA YELEBETM YE MENGST SHFTA NEW HG YELEM SHFTA BCHA HONOWAL HAGERU !

  • @AanaMedia
    @AanaMedia 6 หลายเดือนก่อน

    Waan maali haasofta??

  • @EmanAbdurezak-li1lb
    @EmanAbdurezak-li1lb 6 หลายเดือนก่อน +1

    ኦሮሞ ማለት ሙስሊም ነው

    • @amourgagnetoujours
      @amourgagnetoujours 4 หลายเดือนก่อน

      ሙስሊም ኦሮሞ የለም 100%

  • @mulugetageleta-ob6tn
    @mulugetageleta-ob6tn 6 หลายเดือนก่อน

    Kaffe maaf amaariffaan goote haasaake kan ati dhaamaa jirtu oromoofi ?

  • @Mankush995
    @Mankush995 6 หลายเดือนก่อน +1

    Oromia will be muslim nation no matter what

  • @SamsonBirbirsa-pn5zc
    @SamsonBirbirsa-pn5zc 4 หลายเดือนก่อน

    Ayizon kefiye bala gizewoch konjiye mistin kemito endezi ascelelushaaa?? Ayizo gelete 😅😂😂 yea ye jemo 3 ljoch gn yemrrr cisss nachew

  • @mustefajarso552
    @mustefajarso552 6 หลายเดือนก่อน

    baga jiraattee kana dubbatte. wanti tokko kan siin waliigalu namni amantaa walqoodee walfixuun dhaabbachuu qaba. kun immoo erga bulchaa aanaa jibbaa amantaa Islaamaatiin guutame dhufee ta'e. aanaa sirkaatti namni kiristaanaa Amaraa godhama kan jettes dhugaadha. kana immoo hanga namni musliima kiristaanota oromoo oromoo ta'uu beekan warri kiristanaa oromoo ta'uu of hin beekan. kana atuu ragaadha erga achii baate oromoo ta'uu kee barte. ammas haasfne kee kanuma itti fufsisa. hara'a silaa namni akka keetii haasawa akkanaa godhuu otoo hin taane nuti tokko ta'uu labsuu qabda ture. kan mootummaan dhufee mana irraa gubee achumatti ajjese biraa deemuu hoo maaf hin dubbatin

  • @tewabechtessoduresso9796
    @tewabechtessoduresso9796 6 หลายเดือนก่อน

    JEMREWAL ? CHERSEWAL ENJ
    SHFTA YELELEBET BOTA YELEM WOLLEGA BE HAYMANOT MKNYAT NEW SHFTA YEBEZAE ??

  • @fathiahamidsule9285
    @fathiahamidsule9285 6 หลายเดือนก่อน

    Ati oromof dhisii mata ketifuu hin tatu of ajjessuuf jate naa dhaqaba jechaa hin ture??? Marata wayyii

  • @gelayeeticha-wv9ed
    @gelayeeticha-wv9ed 6 หลายเดือนก่อน

    Ena jawae min aderege??????????

  • @desalegnegu5957
    @desalegnegu5957 6 หลายเดือนก่อน

    ያንተ ከርስትና ተመችቶኝ አያዉቅም። እንኳን ከእምነታችን ራስህን አራቅህ። ስለጃዋር ያልከዉ ግን ተመችቶኛል። ጀዋር የለየለት ሌባ ነዉ።