ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Hadaraa kessaan obbolotaa koo wal irraattii hin ka.innaa yoo dogogorii jiratee kessaan wal gorsaa wal defadhaa malifii wal dadhabduu biyyii lafaa kunoo digamuuf jirtiim akka amma isinniitii hin fakatinnaa boddaa hin gabittuu hundumtuu maloo wal irrattii hin ka.inaa wal hin tufatinaas hadaraa kessaan obbolotakoo ❤❤❤❤
jabadhu Addis hojii gaarii hojechaa jirta
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu dhugaa
Sagantaa kee baayyeen jaaladha baayyenis ilaalaa,garuu osoo isa akkas obbolonnii wal arrabsan kana media irratti achii asi baasuu dhiiftee gaarii natti fakkaata, sababiin isaas warri ormoonni kana ilaalanii warri peenxee wal lolti jedhanii maaqa waaqayyoo keenyaa isa qulqulluu akka hin xureesineef
Dhugaa kee jedtee waaqayyoo dhugaa sii haa dubisuu
Namni kufe hin ka'a kanaaf henokis ijjigaayyonis kufanii Turan garuu lamaan keessani deebitaniittu dhugaa dubbachuuf lafa kaleessa dogoggoraa turre hin jirru hunduu Remix immoo ijjigaayyoo qofa miti kan hojjete dhaloota hundadha kanaf nagaaf araara buusaati Wal gorfadha Adaraa waaqayyoo
Hocccccc, ijigayyoo kana mee amma hin genyee olhixattii, silayyuu namnii gababduu akka ishee waanbjirree jira gotii, ammamo farfatotaa komachuttii kateemo? Akkas tanaan gababiinni ishee itti dabalamaa adabadhu ta'ii jedhan gutto kana.
Maalidhaa kunimmoo suramoo vidiodha wantisaa naaf hin galleekkkkkkkkkkk
Jabaadhu ❤
Umamaa keetin qeqamitee osoo hin tanee dhimaa farfanaa irrattii sin jedhee kun sirumaa malif isaa ba,ee jiruu irraa debian basiuu barbachisee
❤❤❤
Kan cubbuu hin qabne dhagaadhaan dubartii kana haa rukute jedhe yesuus
Waqaayyoo isaaf haa dhisuu 😢😢
😃😃😃😃😃❤️❤️❤️❤️🥰🥰
Bonsa dhugaa henok sirridha Waarii farfaannaa nama farfaatu hundumaatii ishee hatuudha akkataa farfaannaa nuu harkaa balleesani dhugaa bagaa ittin jedheen ishoo ani isaa deggara dhugaa ummataa karaa waalda hin beekneetuu nuuf gamsiiseem😢
Lammafaa faarfannaa siif hin kennamiin gadhee akka heenook
Ayii isheen kunimmoo uffata bitattee hin argine ta'a
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Olaadha isaan kun maaf wal dhaban
𝐽𝑎𝑏𝑎𝑑ℎ𝑢❤🎉
😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa ijigaayyoon nama cimtuudha
Hhhh hojii kee nyaadhu 😂😂😂
😂😂😂😂😂ani siti kolofe
Nama hundatu dogoggoraa oola,isheen garuu as baatee namas waaqas dhiifama gaafatteedha,inni kaan garuu kansaa dhoksee kan namaatti quba qaba,
😂❤❤❤❤
Irra sii qabemo 😅😅😅 malif lalta Bonsaa kkkkk
Bekka jedhee keessa bahee dhugaa waqayoo Shadaa qabaachuu barbadee lataa maloo 😁😁😁😅😅
Jarttini maal tattee ijoo
Uummata youtube kana oduu mandaraa jasllatu?
Maal hojjetta ati asii 😁😁
Henok keesuumaa bayyee barana namiin Akkasii hin qeqamuu hin jajabefamaa malee Yoo dogongorii jiratee imoo hin gorfamaa Maqa yesusii sexanaa furgugifamtutuu ittii galee Henokittii namaa hundumaa lakafaa Malii 😅😅😅
Yaa oboleesaa koo jalaatamaa dursaa dhifaaman sii gafaadha itti ansuun video hin tanee wantaa barumsaa hin qabnee wantaa fulaa waaduraattii fudhaatama hin qabnee dhisii yoo siif dandaa'aamee amaa betuura gorsii yoo dadhabdee moo dhisii sagaaleen waaqayyoo wal hin hameesinaa jedhaa Kaanaf sagaalee waaqayyoo nuf qodii malee wan biraa nutti hin fidiin namnii fedhaa fonin gegeefamuu waaqayyoo garaa cibsuu hin dandaa'u jedha wangeelii warrii hafuuraa waaqayyoottiinn gegefaaman hundinuu ilmaan waaqayyootii jedhaa
❤❤❤❤
Hadaraa kessaan obbolotaa koo wal irraattii hin ka.innaa yoo dogogorii jiratee kessaan wal gorsaa wal defadhaa malifii wal dadhabduu biyyii lafaa kunoo digamuuf jirtiim akka amma isinniitii hin fakatinnaa boddaa hin gabittuu hundumtuu maloo wal irrattii hin ka.inaa wal hin tufatinaas hadaraa kessaan obbolotakoo ❤❤❤❤
jabadhu Addis hojii gaarii hojechaa jirta
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤ jabadhuu dhugaa
Sagantaa kee baayyeen jaaladha baayyenis ilaalaa,garuu osoo isa akkas obbolonnii wal arrabsan kana media irratti achii asi baasuu dhiiftee gaarii natti fakkaata, sababiin isaas warri ormoonni kana ilaalanii warri peenxee wal lolti jedhanii maaqa waaqayyoo keenyaa isa qulqulluu akka hin xureesineef
Dhugaa kee jedtee waaqayyoo dhugaa sii haa dubisuu
Namni kufe hin ka'a kanaaf henokis ijjigaayyonis kufanii Turan garuu lamaan keessani deebitaniittu dhugaa dubbachuuf lafa kaleessa dogoggoraa turre hin jirru hunduu Remix immoo ijjigaayyoo qofa miti kan hojjete dhaloota hundadha kanaf nagaaf araara buusaati Wal gorfadha Adaraa waaqayyoo
Hocccccc, ijigayyoo kana mee amma hin genyee olhixattii, silayyuu namnii gababduu akka ishee waanbjirree jira gotii, ammamo farfatotaa komachuttii kateemo? Akkas tanaan gababiinni ishee itti dabalamaa adabadhu ta'ii jedhan gutto kana.
Maalidhaa kunimmoo suramoo vidiodha wantisaa naaf hin galleekkkkkkkkkkk
Jabaadhu ❤
Umamaa keetin qeqamitee osoo hin tanee dhimaa farfanaa irrattii sin jedhee kun sirumaa malif isaa ba,ee jiruu irraa debian basiuu barbachisee
❤❤❤
Kan cubbuu hin qabne dhagaadhaan dubartii kana haa rukute jedhe yesuus
Waqaayyoo isaaf haa dhisuu 😢😢
😃😃😃😃😃❤️❤️❤️❤️🥰🥰
Bonsa dhugaa henok sirridha Waarii farfaannaa nama farfaatu hundumaatii ishee hatuudha akkataa farfaannaa nuu harkaa balleesani dhugaa bagaa ittin jedheen ishoo ani isaa deggara dhugaa ummataa karaa waalda hin beekneetuu nuuf gamsiiseem😢
Lammafaa faarfannaa siif hin kennamiin gadhee akka heenook
Ayii isheen kunimmoo uffata bitattee hin argine ta'a
😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Olaadha isaan kun maaf wal dhaban
𝐽𝑎𝑏𝑎𝑑ℎ𝑢❤🎉
😂😂😂😂😂😂😂😂
Dhugaa ijigaayyoon nama cimtuudha
Hhhh hojii kee nyaadhu 😂😂😂
😂😂😂😂😂ani siti kolofe
Nama hundatu dogoggoraa oola,isheen garuu as baatee namas waaqas dhiifama gaafatteedha,inni kaan garuu kansaa dhoksee kan namaatti quba qaba,
😂❤❤❤❤
Irra sii qabemo 😅😅😅 malif lalta Bonsaa kkkkk
Bekka jedhee keessa bahee dhugaa waqayoo
Shadaa qabaachuu barbadee lataa maloo 😁😁😁😅😅
Jarttini maal tattee ijoo
Uummata youtube kana oduu mandaraa jasllatu?
Maal hojjetta ati asii 😁😁
Henok keesuumaa bayyee barana namiin Akkasii hin qeqamuu hin jajabefamaa malee Yoo dogongorii jiratee imoo hin gorfamaa
Maqa yesusii sexanaa furgugifamtutuu ittii galee Henokittii namaa hundumaa lakafaa Malii 😅😅😅
Yaa oboleesaa koo jalaatamaa dursaa dhifaaman sii gafaadha itti ansuun video hin tanee wantaa barumsaa hin qabnee wantaa fulaa waaduraattii fudhaatama hin qabnee dhisii yoo siif dandaa'aamee amaa betuura gorsii yoo dadhabdee moo dhisii sagaaleen waaqayyoo wal hin hameesinaa jedhaa
Kaanaf sagaalee waaqayyoo nuf qodii malee wan biraa nutti hin fidiin namnii fedhaa fonin gegeefamuu waaqayyoo garaa cibsuu hin dandaa'u jedha wangeelii warrii hafuuraa waaqayyoottiinn gegefaaman hundinuu ilmaan waaqayyootii jedhaa
❤❤❤❤