- 681
- 1 272 936
Bonsa Addisu Gute - Good News - Oduu Gaarii
United Kingdom
เข้าร่วมเมื่อ 15 เม.ย. 2014
Well Come To Official TH-cam Channel of Bonsa Addisu gute - Oduu Gaarii - Good News
We are happy To inform you that You Can Get Daily Information about World, Teachings On Christian Life Style, Update on Different Issues in Ethiopia. This is Notification for all
✔Copyright disclaimer Under Section 107 of the Copyright Act 1976, allowance is made for "fair use" for purposes such as criticism, comment, news reporting, teaching, scholarship, and research. Fair use is a use permitted by copyright statute that might otherwise be infringing. Non-profit, educational or personal use tips the balance in favor of fair use. ALL RIGHTS BELONG TO THEIR RESPECT
Boonsaa Addisu Guutee'n jedhama TH-cam Channel kanaan Dubbiiwwaan jirenya Hafuuraa Nu barsiisan,nu dammaqsan,fi nu hubachiisan, Lifestyle jireenya Kristaanotaa Macaafni mal Jedha waan jedhu, Faarsaadhaan, Lallabaan ,Dhuga-ba'uumsaan,Gaaffif deebiin,Waliin baranna
Make sure you 👉 #SUBSCRIBE✅
Bilbila📲
+251927488373
+251930298756

🔴Maaltu ta'e? #Ergaa hatattamaa Jawaariif Waaqayyoo n Kadhadhaafii Jedhe Raajii Iddoosaan
🔴Maaltu ta'e? #Ergaa hatattamaa Jawaariif Waaqayyoo n Kadhadhaafii Jedhe Raajii Iddoosaan
มุมมอง: 712
วีดีโอ
🔴Tajaajilaan Macaafa Kukkutee Gube Kun Maaltu isa Mudate?
มุมมอง 2.6K19 ชั่วโมงที่ผ่านมา
#subscribe #oromomusic #araratvworldwide
🔴Raajii Afaan Haaraa Kan Seexanaa haada'u
มุมมอง 91821 ชั่วโมงที่ผ่านมา
#subscribe #araratvworldwide #oromomusic
😭Sirna Gaggeessaa Faar. Altaayyech Galataa.
มุมมอง 6K14 วันที่ผ่านมา
😭Sirna Gaggeessaa Faar. Altaayyech Galataa.
💔 Oduu Gaddaa : Faar Altaayyech Boqotte! #ergaa Video Ishee kan Dhumaa Kunooti
มุมมอง 15K21 วันที่ผ่านมา
💔 Oduu Gaddaa : Faar Altaayyech Boqotte! #ergaa Video Ishee kan Dhumaa Kunooti
🔴Raajonni Bineensichaa Eenyuufaa dha? Ergaa Luba Qannoo "Maa Dhumtu?"
มุมมอง 1.8K21 วันที่ผ่านมา
🔴Raajonni Bineensichaa Eenyuufaa dha? Ergaa Luba Qannoo "Maa Dhumtu?"
🔴Wangeelaafi Milishaa Buraayyuu , Waraqaa Eenyummaa/ Biyyi Koo Waaqarra😁
มุมมอง 92621 วันที่ผ่านมา
#araratvworldwide #oromomusic #subscribe
🔴 Finfinnee tti Miseensoota Hedduu qabu jarri Qaama Saalaa Wal Fakkaataa ta'an kun
มุมมอง 2.6K28 วันที่ผ่านมา
#araratvworldwide #oromomusic #subscribe
💔Salaaleetti Maaltu ta'e? Waldoonni Wangeelaa Kana Callisuu hin qabnu❗
มุมมอง 450หลายเดือนก่อน
😭SALAALEE, 💔OROMIYAA
🔴Raajii Meseret Taye Maaltu Mudate? Maal Irraa Baranna? Barana Waan Dinqii agarra
มุมมอง 2.7Kหลายเดือนก่อน
#subscribe #oromomusic #araratvworldwide
🔴Faar. Solomon Alemu irratti Mormii Warri Kaasan Eenyu dha? Faar Solomon Irratti Maaltu dubbatame❗
มุมมอง 11Kหลายเดือนก่อน
#solomonalemu #subscribe #oromomusic 🔴Mormii Warri Kaasan Eenyu dha? Faar Solomon Irratti Maaltu dubbatame❗ #waldaawarrawengeelaaoromoo #subscribe #waldaawarrawengeelaaoromoo #afaanoromoomusic #afaanoromoomusic #duet #araratvworldwide #ebs #duet #
🔴Iccitii Saxila Viidiyoo Namicha Dubartoota 400 ol waliin Sagaagale/Ejje fi Gaayela diigame 400😭
มุมมอง 1.1Kหลายเดือนก่อน
#baltazar #subscribe #oromomusic 🔴Iccitii Saxila Viidiyoo Namicha Dubartoota 400 ol waliin Sagaagale/Ejje fi Gaayela diigame 400😭 #oromomusic #araratvworldwide #reactionvideo #caalaabultumee #share #naqamtee #christiannews #waldaawarrawengeelaaoromoo #dawitgirma #subscribe
🔴Raajiitu Raawwatame Lubni Ballinaa Sarkaa Fi Xiyyaara AIRBUS : Faar Miiliyoonin Maaltu Mudate?
มุมมอง 2.3Kหลายเดือนก่อน
#subscribe #araratvworldwide #oromomusic 🔴Raajiin Luba Ballinaa Saarkaa Raawwatame Xiyyaara: Faar Miiliyoonin Maaltu Mudate?
🔴Maaltu ta'e? Firaa'ol Itichaf Gareen ATIS NAMA Charity Waan Dinqii godhan
มุมมอง 3.8Kหลายเดือนก่อน
#subscribe #FiraolEticha #oromomusic
🔴#Iccitii Bineensichaa fi Filannoo USA Ija Waldaa Kiristaanaatiin
มุมมอง 700หลายเดือนก่อน
🔴#Iccitii Bineensichaa fi Filannoo USA Ija Waldaa Kiristaanaatiin
🔴Qabamaniiru! Naqamteetti Namoota Gocha Suukkanneerraa Shamarran 2 irratti raawwatan To'ataman
มุมมอง 2.4Kหลายเดือนก่อน
🔴Qabamaniiru! Naqamteetti Namoota Gocha Suukkanneerraa Shamarran 2 irratti raawwatan To'ataman
😭 Naqamtee: Gocha Suukkanneessaa Ta'e. Waldaan Kiristaanaa Callisuu hin qabdu Oromoon Balaalefachuu.
มุมมอง 9Kหลายเดือนก่อน
😭 Naqamtee: Gocha Suukkanneessaa Ta'e. Waldaan Kiristaanaa Callisuu hin qabdu Oromoon Balaalefachuu.
🔴#Dhiifama Akeekkachiisa Ibsa Waldoota 3ni | Diddaan itti fufeera Jarri faranjoota Sana Dhiisu qabu
มุมมอง 576หลายเดือนก่อน
🔴#Dhiifama Akeekkachiisa Ibsa Waldoota 3ni | Diddaan itti fufeera Jarri faranjoota Sana Dhiisu qabu
🔴Gaaffii Faar Dase Dulaf gidduu kana maaltu ta'e
มุมมอง 2.4Kหลายเดือนก่อน
🔴Gaaffii Faar Dase Dulaf gidduu kana maaltu ta'e
🔴Raajiin Eenyuuf Bilbilan? Naqamteetti Prophet Meseret Taye Mana Baruumsa Guddaa Ijaaran💪
มุมมอง 2.8Kหลายเดือนก่อน
🔴Raajiin Eenyuuf Bilbilan? Naqamteetti Prophet Meseret Taye Mana Baruumsa Guddaa Ijaaran💪
🔴#Ariifachiisaa Dhimma Waldaan Makaana Yesus fi Saala Wal Fakkaataaf eeyyamti jedhame Soba Adii ta'e
มุมมอง 3602 หลายเดือนก่อน
🔴#Ariifachiisaa Dhimma Waldaan Makaana Yesus fi Saala Wal Fakkaataaf eeyyamti jedhame Soba Adii ta'e
🔴Guyyaa Dhaloota Raajii Masarat Taye irratti Maaltu ta'e? HBD to Meseret Taye!
มุมมอง 1.6K2 หลายเดือนก่อน
🔴Guyyaa Dhaloota Raajii Masarat Taye irratti Maaltu ta'e? HBD to Meseret Taye!
Faar. Selamawit Dale | Guutuu | NEW AFAAN OROMOO OFFICIAL MUSIC VIDEO
มุมมอง 5302 หลายเดือนก่อน
Faar. Selamawit Dale | Guutuu | NEW AFAAN OROMOO OFFICIAL MUSIC VIDEO
🔴Maaloo Yaa Artiistoota Biyyaa / Henook George Namoonni Isa Hubatan jiruu?
มุมมอง 2.8K2 หลายเดือนก่อน
🔴Maaloo Yaa Artiistoota Biyyaa / Henook George Namoonni Isa Hubatan jiruu?
🔴Waaqaa Gurraachaan Finfinneetti Maal godhe? Sochiin lafaa hoo ?
มุมมอง 11K2 หลายเดือนก่อน
🔴Waaqaa Gurraachaan Finfinneetti Maal godhe? Sochiin lafaa hoo ?
🔴Dubbii Faar Henokee fi Ijjigaayyoo! | Maaltu Uumame?
มุมมอง 3.1K2 หลายเดือนก่อน
🔴Dubbii Faar Henokee fi Ijjigaayyoo! | Maaltu Uumame?
🔴Raajii Masarat Taayyee Ijoollee Kana Gargaaruu qabu! Garee ATIS NAMA CHARITY Magaalaa Naqamtee...
มุมมอง 1.1K2 หลายเดือนก่อน
🔴Raajii Masarat Taayyee Ijoollee Kana Gargaaruu qabu! Garee ATIS NAMA CHARITY Magaalaa Naqamtee...
🔴Dubbii Dawwit Girma Fi Artiistoota Oromoo Gidduutti ka'e #Ittiiqaa_Tafarii Maaltu Aarse?
มุมมอง 49K3 หลายเดือนก่อน
🔴Dubbii Dawwit Girma Fi Artiistoota Oromoo Gidduutti ka'e #Ittiiqaa_Tafarii Maaltu Aarse?
🔴Dawit Girma Maaltu Mudate? Birr Mil 7n Gara Sirbaatti?
มุมมอง 16K3 หลายเดือนก่อน
🔴Dawit Girma Maaltu Mudate? Birr Mil 7n Gara Sirbaatti?
Danii'eel
Ufffuuuuyu😢😢😢😢😢😢😢
yuudaa dha
Daani'el
Eeebifami dhugadh callisuu hin qabdani Mali jechudha kuni😭 Jaraa musilimatu kanaa gocha jiraa naa amanii😢🤲
Raajii sobaati jedheen yaada kun.
Kun tajaajiltuu maaliiti silammoo??
GuddaEbifamaa❤❤❤❤❤❤
😢😢gafii kanaa nafii haraa dhugaa
Tajjajilani ama soba dhiisii atii
9 galatiya 5 :22-23
Kuni kan tajajilaa haa turu kiristosittiyyu amantettimo
Anoo kan jowar sodadhera waqayyo isaa haa gargaru darba darbaa dubbata
maal kuni immoo ijoo waan dhageenyee hin bennee dhaga'aa jirra
Bona ko na erigime
Waaqayyoo boonsaakoo baraaf jireenyakee haa ebbiissuun sin jedha abban commenti jalattii deebii qubsaa keenniitee kun barriikeef jireenyiikee karaa hundumaan haa ebbiiffamu. Dhugaa gaaffiif deebii gaggafatamaa ture keessattii baayee isaa argedhera garuu inni kun akka malee nattii ulfaatee gaafan comeentii nama kana ilaalee dubbiisuu dubbii qubsaa argadhee heedduun gammadee gammachuu bara baraa waaqayyoo biraa isinif haa keennamuu❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤ Gal 5:22 irraa Sagal (9)
Gaafiamairatiikitaabaqulquuamirayaa.abbakeenyknjedhujiraa.fuuladhibbafisadeetamishanboqonnaa.jaalkkofsa.saglira.jira.
Petros
Wangeeli waan salpha mitti akka nutti yaadnutti mitti yaadni waqayyo adda. Maloo warri isa beektan soomee gaaraa gabbidhan fulla waqaa dura turee akka kadhatuuf gorsaa. Kan inni lallaba ture firdiif akka hin goonne cimsee kadhachuu qabaa waldaan kirstana cimsee gorsuu qabaa. Jireenyii biyya lafaa yesuuf iyyuu hin tolee nuf immoo akkamitti tolaa??namaa kanaf gorsa kadhanatuu barbaachisa cuubu kana caaluu baay'ee hoojjechaa olla utuu beekuu kana gochuun baay'ee namaa gaddisisa huundii keenyaa qalbii haa jijjiranuu dhufattiin isaa wanta baay'een mirkana'a jiraa hadaraa hadaraa
Danni.ell jedhama yoo namni itti dhii.o jirate ha gorfamu namni hin dogogora waqayyoo itti ha araramu
Daniel ebbifama
Ebifami musedha
Dani eli jedhama
Yudaa
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen 🤙🤙🤙🤙♥️🫶♥️🫶🫶♥️🫶💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Dani.eel
Nohii ❤❤ nati fakata❤❤
Yudadhaa gaa ❤❤❤
Danielle ebifamaa🙏
Dani'eel❤❤❤❤❤❤
Daniel
Dan,eel
Phexiros
❤❤❤❤
Phexiros
Dani,el
Magala yerusalamiti kuutaa beetelamiti jeedhaamu kesaati dhalatee ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢
Yudaadhaa
Kan akka inni nayaatamuf boolla leencatti darbatame Daani'eliidha. Waaqayyoo sin haa ebbisu jabaadha sin wajjin jirra.
Daani'eel Eebbifamaa
Yerusaalemi tti dhalate
Eebbifamii dhugaa nama waaqaa
Dani'eel
Daani'el