She is showing what someone who did this at this age will be in the future ❤😂❤😢😮❤❤❤❤Baay'ee Namatti toltaani Haalumaa Kana Itti Fufa Guddaa Baga GuddaaGahi ❤
❤❤❤❤ komint siifan kenna Hafte. huccuun sinboon uffate tokko kan safu cabsu fakkata. guutumat harki lammeenu hanga irret qulla ture. kana kan jijjiiru oso midiyat hin bayin si ture.
Waan hunda Caalaa Garuu Barnoota Keetti Jabaadhu.
Sababni isaa Dandeettiin kee akka bahee Addunyaa tajaajilu Gahumsa kee kallattii hundaan goonfachuu qabda.Ofitti amanamummaa kee sirriitti cimsuu qabda.Yeroo kanatti Abshaalummaa jabaa si barbaachisa.
Habtee Ati nama Fayyaleessa. Oromoo hunda Jaalattaa, kabajjaa. Nama cimaatuu nama cimaa jajjabeessa. Simboo jabaadhu, milkaawii!
Lakkoofsa bilbila maatii ishee naaf ergi sponsera gochuufin barbaaddati
Kessummaa qanqe shaw keessa keessumaan hanga simboo irraa bartanii fi cimaa ta'e hin jiru. simboo qaalii saba guddaa ijji hamtuu sin argin!
Thank you so much Habte!
You are on great process 🙌
She is showing what someone who did this at this age will be in the future ❤😂❤😢😮❤❤❤❤Baay'ee Namatti toltaani Haalumaa Kana Itti Fufa Guddaa Baga GuddaaGahi ❤
Mucattiin jabduudha rabbiin ishee haa guddisu ammallee
Jabaadhu Bareedduu koo! waaqayyo si haa Eebbisu.Faarfattuu Akka taatun,,,❤
❤❤ Jalqaba barnoota keef dursa kenniif artiin kennaa kee uumamaati!! Jabaadhu uuman si haa dursu!!❤
❤❤❤🎉🎉🎉🎉baye bayee namatii tola hafte galatomii akanumatii ijolee nufi jajabesii lafaa dhufaa maraa ❤❤❤
Wow beredu koo nu gudhadu. God bless you 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
Waqayyoon ijaa amturaa iraa sii yaa abisuu gudadhuu xinnoo tenyaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Haftamuu ATI dhugumaan gootoo oromooti.❤❤❤
Sinbooo❤❤atis galatomii hafte goolaa kessaa demtee ijoolee cicimtuu media irratii nuuf dhihesuuu ketiif galatomii ❤❤❤❤
Wow! Habtee hedduun si jaalladha; ani sirba kee wallaggaa Daawwanna jedhu hedduun dinqisiifadha. Ergati sirbicha hof jettee eegaleen si hordofuu eegale. Erga gara Amantiitti dhufee immoo booda hin deebi'in namaaf jettee jireenya bara baraa yesus wajjiiniidha. Galatoomi sanyii koo!
❤❤❤❤ komint siifan kenna Hafte. huccuun sinboon uffate tokko kan safu cabsu fakkata. guutumat harki lammeenu hanga irret qulla ture. kana kan jijjiiru oso midiyat hin bayin si ture.
Jabadhuu sinboo Koo amanta keetis jabessii ❤❤❤
Wowowowwowow jabadhuu qashitii koo❤❤❤❤❤
jabaadhu nama boruu ta'i. ija hamtuu sirraa qabu
She’s a great girl keep going ❤❤❤
Yaa.kiyya.kanana.malif.yaaro.miciyo.tana.malif.gababsita.jabdu.koo.nuf.bakka.nuf.gahi❤❤❤❤❤
Mashaallaa 🥀🥀🥀🥀🥀
Sibboonee sagaleen kee dhiira fakkata baay'ee miidhaga❤❤🎉
Ani mee wantaan dinqisisifadhu habtaamuu guddaa naaf galatoomi umurii nuuf dheraadhu
Shubbisaa ishee irraa hin kutiinaa da'imaa fiddaanii eegaa interview gootaniifi hundaa dhiyeessuu qabdu.
Wow jabadhuu bareduu koo oromoo❤❤❤❤
Habtamuu lamaa akkami nagaa fayyaa ketii umrii naf dheraadhuu gafiin koo duraan moluu turtee amaa moo rifeensaa gutuu gudda qabdaa maloo dawaa naf himii jolumaan moluun naa dhuftee kesaaninsii dubbisa bilbilla kee naaf kinni gudda galaatomii
She is amazing girl🎉
Intalli tuni baayee nama gammachiistii . Guddadhu❤❤❤❤
🎉 jaalatamtuu barnoota barnoota jabaadhuu
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉jadhuu waqqayyoo bakka fedhii keeti siyyaa dhaqabisissuu❤❤
Jabadhuu qashiit koo qaxalee mucaa ❤❤
Onee koo naa keysan dubatee habtamuu yoo kanaa silaa amaratii hiin jaaiin siin arabsuu kee dhugaa waqaa subaa biyaa birraa maqaa kaftee harargeraa maqaa dhawuu ketif sif kanuu kee qarraa ablee amoo miyoon onee koo dhotee naraa
Jabaadhu qaaliyee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow it's an amazing
Jabadhuu jabduu too waqayoo siha gudisuu❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu jabduu koo 👍👍👍👍
Jabadhu jabadhu 👍👍👍👍👍👍👍
Woow sinboonee gudadhuu ol adeemtuu koo❤❤❤
Intaal malif shubiftaa quranaa hin qaratuu ballagee🎉
musilimaa setamoo😂😂😂😂😂
Kichuu kenyaa atilee galaatoomii nuf gudaadhuu❤❤❤❤
Heduu namaatti tolaa dhugaa firii Dhalootaa Qubee firii Oromiyaa ijaa dinaa cabsaa
Siniboo koo jabadhuu bayee sii gamanaa
Osoo gaangen jirtuu sangaa sakaalanii.,...💕💕💕💕💕💕💕💎💎💎💎💎qaxalee
Jabadhu qaxalee Koo ijji Haman sii hin argin
Jabadhuu dhugaa rabii bayee danamaajedhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
❤ ani hangaasa. Ibraahim nuuf fidi gingilchaarratti hadara
Mucan tunii durbumaa qabdii naf kenaa ❤❤😢😢
Waqa naa basi ammanatti essa gessita jetteti😅😅
😅😅😅😅😅😅😅
Gowwaa
Intaalaa qaxalee tanaa jabadhuu 🥰🥰❤️
Jabaadhu bareddu koo ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabduu jabaadhuu itti fufi amantaa kees jabeefadhu
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Wow wow jabaadhu
Anis akkaa ishe shuddisa Nan dandaa maaloo yeroo dhiyootti TikTok video Nan hoojja dha acin nalaalato na affeeraa
እድግ ባይልን የኔ ቆንጆ😊😍😍😍
Baka guda sifi Hawaa midhagii urugahii miayii akaa bakalachaa hurujii muladhuu
Ishooo gudadhuu bareddu koo.
❤❤❤❤❤❤❤ baay'ee namatii toltaa bareeduu too
ሰው ሲወለድ ሙስሊም ነው ማርያም የእየሱስ እናት ናት ፈጣሪ ደግሞ አይወለድም አንድ ህፃን ስትወለድ ለምንድን ነው የምትጠመቁ ሙስሊም ስለሆነች ብቻ ነው::
Jabaadhu jabdu oromo ❤❤
Egaa gara itiyopiya dhuftee mal tatee naafxanyan yoo nuu arrabsiteellee nurra arrabsita turtee samona Maluma taatee maltuu sii mudattee hin sodattee
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤️
Simboo bikka gudaan siyaaga.u❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bishaan keenaafii😢😢😢😢😊😊😅😅😅
Waqayoo sii’eguu barredukoo ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤jabaadhu
Wow wow beautiful ❤❤❤ gudahuuu baredukooo
Mashaa Allah ijarraa hafi qashxii namaa
Woowu rabbi haa gudisu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Jabadhu👍
Jabadhu intala oromo.❤
Anaa dhufuu sanyii ufii❤❤❤💚💚💚💚💚💚❤️❤️
Haala vidiyoo itti "Editting" gootan sirri miti🤔
Simboo rabbii sii haa guddisu🥰🥰🥰
Guddadhu❤❤❤❤ cimtuu mucaa
Woma gaari nama waanti gaarin erra baratamu intarvi godhi haftish
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Welcome jabaadha Oromo koo
Wow qaxalee keenya nuf jiraadhu 💞💪
Nagan sif hata'u kanan bayye jaladhuf kanan bayye kabaju obboleesa keenya haftamu Nagadha miti An muca yadeta Alami
Hundaa ol barnoota keef dursa laadhu🙏
💓💓💓💓💓💓💗💗💗💗💖💖💖
Mubarak musammaa nuuf fidi
👍👍👍👍👍👍👍👍👍100%
Good jaabbadhuu
Isin jaladha jabadha
ijaaraa hafii lubbuu❤❤❤
Bayeen siin jaladhaa ❤❤❤
Jabduu❤🎉
Jabadhu 🎉🎉🎉
Wow 🔥🔥
Wooooww 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
wow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
0:21
Qimamii kooo ❤❤❤❤❤❤
Habtee nuuf Jiraadhu
Guddadhu Lubbu Hamtuun Sin Argin!
Very good ❤❤❤❤❤❤
WOW Urjii Oromo ❤❤❤❤❤❤❤
maqaa yesus seexanni sitti galee kun haa rukutamu afaan kee waaqayyoo haa faarfatu