Ethiopia has become a lawless country. I’m very disappointed with this government. This young lady did no wrong no crime But spent 3 days in jail???? Unbelievable!!! I’m very angry at this government and people who work for him. They are all terrorizing civilians. Young lady you are very smart and very wise. You stood for your right. I’m proud of you 👍
Thank u sabontu ! You are our hero ! Shame on those elements of Ethiopian judiciary system ,law enforcement elements who violated u'r inborn & u'r human rights. Goota ko Faya dayi !!
Baga nagaan batee.Hidhamuun ke irraa caallatti iyyuu Beekamtii ke fi Jalala ummatta Oromoo Bukkedha Qabduu sif Ibsee.Warri nama hidhuu baraaniif susiidha nama hidhuun.
Mashallh🎉🎉🎉🎉
Waa malee hidhamuun kee addatti garaa na nyaatee hin turre. Baga rabbi si baase. Biyyi keenya akkana tahuun ammoo hedduu nama gaddisiisa. Abbuma argan badii malee hidhuun ammoo ofiisatifuu seera cabsuudha. Akkaatan itti qabamte nama gaddisiisa. Atis garuu jabduudha falmattee jirta humaan jettu. Shaa Shambaa😉😊
mati naf tayyaa
Masha Allah ya Sabontu ko wogaa atin hidhamte asii anin iribiyu naa hin qabne yaada ketifuu hin jiruu❤️🔥❤️🔥❤️🔥🌹🌹💋💋💋
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Okay
Uuuuufffffeee baaga nagan baatee Sabontuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰💚❤💚❤💚❤💚❤💚
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,
Maashaa aallh bagaa nagani batee Abshiruu rabbiin sii walin haa jiratuu💘
mati naf tayyaa
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiiko
As wr wb akkamii nagayaa fayyadha jirta
@@Badhasajamal2q😅😅
Bagaa nagadhaan nuf batee sabontuu
እልልልልልልልል 🦁🦁🦁🙏🙏🙏 አንቺ በጣም ጎበዝ ነሽ በርች አትፍሪ እናንተ ለእዉነት ስለቆማችሁ ዉሸታሞች እናንተን አይወዱም Ati nama tokko miti jabaadhu!
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Bagaa Rabbiin Nagahan Harkaa Dinaa Jalaa Si Baasee Sabboontuu teeynaa.
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Qaama hin beekamneen hidhamuu fi hidhaatiin dararamuun ilmaan oromoo sadarkaa ol aanaarra jira.
Qaamni ilmaan oromoo dararaa jirus beekamaadha, argaas kan jirrudha.
Ilmaan oromoo baay'een qe'eef manasaa gadhiisee baqatee jireenya baqaadhaan kan jiraachaa jiranis lakkoobsaan ibsuun nama rakkisa.
Dhugaadha Sabboontuu kan gadhiisan jaallatanii natti hin fakkaatu. Ijoolleen Keenya warri qaama mootummaa ta'anii tajaajilaa jiranis rakkoo hamaa qabu. Sabboon gadhiifamuusheef waaqa galateeffanna. Garuu cululleerraa foon hin eegan akkuma jedhu oromoon ammas of eeggannoo gochuun Sabboo dabalatee gazexeessitoonni Marti of nuu eegadhaa.
Waaqayyo biyyaa keenyaaf, saba keenyaaf nagaa haa buusun jedha.
Tv'n FIB guddaa galatoomaa.
mati naf tayyaa
Sabboontuu tenyaa baga naga rabii si basee ijoolee Oromoo rabii si ha eguu 🤲🤲🤲☝️☝️🙏🙏
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Maashaa allah bagaa nagaan battee alhamdulillah ❤️💚❤️
Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa jabadhuu sin hordofaa jiraa dhifamaa wajiin mattii naf tahii bonaaorotubee
Sabbontuu ykn dharo ahmed qaalii tenya baga ngyn rabi sibase mafiyota harka😘😘😘❤🥰🥰🥰
Itti yaddame Wan Finfinne kessatti Oromoo irratti Gaggeffama jiru, Finfinnen magala Oromo ta'u akka Oromoon hin yaadne fi Sodaa sammu oromoo kessatti uumuu yaadani gocha akkana kana nama heddurratti hojjecha jiru.
Mashaa allah hammatuun sin argiin qali lovely baga rabbii siihi baasee
Fib tv only one Media of our country
Mashalah bagaa nagan rabiin sii basee Alhamdulilah
Bagaa waqayoo naganii sii basee sabontuu kenyaa
Yaa biyaa keenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 maluumatuu dhalataa bulaa lataa maloooo Yaa Oromokoo jabbadhaa 🙏
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
Baga rabbi si baase alhamdulillaah
Rabbin mootumma nama nyaata kana nurra kaasu malee ilman oromoo jiru qabnu😭
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
th-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/w-d-xo.html maati naaf ta'aa
Ethiopia has become a lawless country. I’m very disappointed with this government. This young lady did no wrong no crime But spent 3 days in jail???? Unbelievable!!! I’m very angry at this government and people who work for him. They are all terrorizing civilians.
Young lady you are very smart and very wise. You stood for your right. I’m proud of you 👍
mati naf tayyaa
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Thank u sabontu ! You are our hero ! Shame on those elements of Ethiopian judiciary system ,law enforcement elements who violated u'r inborn & u'r human rights. Goota ko Faya dayi !!
1:06 @@bakarahmad5543
Bagaa rabbiin nagiyaan sibasee garuu yaa sabaa afaan oromotiin dubachuu dadhabuun kenyaa kunii malii silaa
Woyi gabrumma😭😭❤️waan nuti taanemo baga Rabbi si baase
th-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/w-d-xo.html
😭😭 Rabbin siha Eggu Sabbontu Tenyaa
Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa jabadhuu sin hordofaa jiraa dhifamaa wajiin mattii naf tahii salman
Raajiidhuma wanti dhageenyu baga rabbi si baase ammaaf. Hanga bilxiginaan biyya sani bulchitu silaafuu gammachuun keenya hirdhuudha. Manni murtiis baasu amaanaadha jedhaa kaayatu
mati naf tayyaa
Yaa aall kunii wan ibaatii yaa lubu tiyaa wamarafuu baga baatee♥️
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah ❤️ 💖 baga nuf tate qaallii
Naga nagaan baate saboontuu oroomoo❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagaya rabbiin si basee oktii tenyaa qalii 🛍❤❤💔💔☝️☝️☝️
Ya saba Oromo Rabbin issinf haa tau 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@@keetube3666
th-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/w-d-xo.html maatii naaf ta'i
Maashaall bagaa nagaan batee allhaamdulila jedhii yaa bareedu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Haye baggage rabbit si base
saboontuu dhugum sabontuu baga nagaan baate afaan bineensaa kessaa
mati naf tayyaa
Sabboontuu teenya Baga baate...kan jaraa dubbiitti hin tolu
Baga rabbiin sibaase sabboontuu Aadam🍒🍒🍒🍒🍒🍒✅✅✅✅✅✅
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,
Maashaa allaah baga nagayaan Rabbin sibasee
Baga nagaan baate Sabboo!
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
bagumaa rabbin nagayyani sibasee obboletti too
bagaa nagyan rabbii sii baase🥰🥰🥰🥰😍💗💗💗
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
Masha allaha baga nagaan batte Alahamdulila ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
mashaa allaah bagaa rabii sibasee bareduukoo ,❤❤❤❤❤
Baga rabbiin nageyan harkka nyaphati sii basee bareedu wara fib hundda khessanu rabbiin issin haa eguu issin jana
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ,,,
Saboontu ye bagaa raabiin naagan.sii,ba,as,ee😢😢❤❤
5:41
Egaa bara bofti hammaatu lootuun mataa raasa akkuma jedhan..isuma Hacee galaafatetu faana si dhahe ta'a,,garuu yaadni isaanii hin milkoofne. BAGA NAGAAN BAATE SABBOONTUU KEENYAA ,,nuuf jiraadhu,,waaqaaf haa galatu kan nagaan si galche!!
Baga rabbiin si baasee jabduu koo
Uuuuuuuuufffffffff baga waaqayyooo sii olchee bareeduukooo❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭
mati naf tayyaa
Mash Allah bakka hamtu sira
Baga rabbin si baase maasha alla maasha alla rabbin sihaa tiksu amalle
Baga hundafu batee biyya suni baate
Baga nagaan batee.Hidhamuun ke irraa caallatti iyyuu Beekamtii ke fi Jalala ummatta Oromoo Bukkedha Qabduu sif Ibsee.Warri nama hidhuu baraaniif susiidha nama hidhuun.
Baga rabbiin nagayaan si baase harkaa zaalimaati
Baga nagaan baate jabduu teenya
baga waaqa nagayyaan baate, obbolleetti keenya
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,....
Alaviyuu sabntu Amhad Gaga Gamanee walumanu
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
bagaa rabbiin sii baase ❤💚❤
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...
Baga nagaan waqayyoon sii basee 🥰🥰🥰🥰📖
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
th-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/w-d-xo.html maatii naaf ta'ii
I love you sabboontu wel come ❤💓💛💖
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ...
th-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/w-d-xo.html maatii ta'i
Bagaa raabbiiin nagayaa isni baassee ❤❤❤❤
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
Bagaa nagyan rabbii siibaase❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Bagumaa harkaa diinati batee Sabontuu koo
Waaw joornaalistii teenya baga nagayaan harka diinaatii nuuf baate
Uuuffee jabduu akkaa gotaa ,baagaa raabii si baasee
Bagaa nagaan baate sabbontu Ahmed
Bagga rabin sibasee.
Garuu seerii biyya sana sirrau qabba
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Sabboontuu baga rabbiin sibaase baga gammanne nuhilleen
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ,,,
Hojiima garbummaatu akkasi.
Barri kun darbuun oolu
Rabbi wayya!
Sabboontu baga nagaan naaf baatee qaalii koo
Maashaa allah Bagarabbi nagaansibaase
Baga nagaan baate sanyii ko. Hedduu tokkon si ajaa'ibsiifadha si hordofas yaa Sabboontuu keenyaa
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
Bagaa nagayaan Rabbiin siibassee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga nagayaan bate sabontu ahmad
Saboontuu attii dhugumaan saabontuu oromoottii ⚪💔🖤🙏😍🤝
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...
Bagaa nagaa waqayoo harkaa dinaa jalaa isaa baasee atti yaa raabbii koo galataa keetti 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏
oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,,
Bagaa waaqii si gargaree akkeka isaani digee jabadhu jabduu keenyaa
Baga rabbii sii bassee qallii tiyya love you 😍♥❤😘💚💚❤❤💚💚💚❤❤💚💚❤❤❤💚💚❤💘💯
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
th-cam.com/video/sVS-akkKfEQ/w-d-xo.html
baga nagayaan baate sabboontuu
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
Baga rabbi nagan si base sabonntu koo 😥
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
Sobbonatu baga rabbi harka dinati sii baasee
maatii naaf ta'ii
Baga nagaan baate haadhoko baay'ee nama aja'ibaa.
Baga rabbi nagayaan sibaase harka zaalimaatii sabboontuu
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa please
Mashalaha
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Sabootu koo Baga RAB nagan isibasa💐💐❤️💚❤️
Translate to English
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
Bagaa batee jabduu tenya❤😍😘❤💚
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,
Baga rabii si basee ❤❤❤
Wooow baga nagaan baatee saabiikoo qaalii ❤💚❤√√√√…………
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
baga nagaan baate sabbontuu keenya 😢😭
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Laggasaa wagii Qophiidha FIB FIB harkiis waraana haqa dhalootaa walumaan Biraanuu juulaa Biyyaaf jechama
Baga Nuuf Baate Sabboontuu teenna. Duruu abbaankee sabboonaadhaa saniif Sabboontuu jedhee Siif moggaase.
oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,,
Baay'ee nama ajaa'iba.
Garuu baga nagumaan baate!
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
baga nagaan baatee
yaa rabii rakata gararii
Maashaa allh bagaa gamaadee
Mashaaallahhmmatuuansinarrgiinpalilovely❤❤
Baga nagaan baate sabboontu
bagaa rabbii sii basee lubbuu ko mashaa Allaah galataa Iraa hafii lubbuu ko
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...
Baga wqy nagaan si baasee Sabboontuu keenyaa,waa'ee biyyaa waanuma jennuuyyuu hin qabnu
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Baga nagaan baate. finfinnee keessatti nafxanyaan nama nyaattii of eeggannoo taasisaa.
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
Baga nagaan nuu baate jabduu keenyaa
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito
Maaloo ni huqqatteem guyyaattimaa sanitti ni rifatteemmoo Sabbee hhhhhhhh
Baga nagaan baate Leencittii koo!!
Baga nagaan baate jabduu koo silaas oromoo fardaa lafaan nu adamsu rabbumatu nuun jira malee 😢😢
Woh sabontu tenyaa qalii baga rabbiin sii basee
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
Dhiifamaa dhibeenis waraana qabeenyaa ittisaa dhaloota injifannoo hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar
Biyya dhugaan hin jire
baga baate sabboontuu.