Taa akka kee hin agaree uumamni kee adda narra hin fagaatin si wojjin bareedaa si dhabuu hin danda'u yaa Bulbulaa Dammaa si yaada amma amma si yaada amma Fayyoo keenya kan sagalee kiilolee ❤️💚❤️
Dhugaa dubbaachuf sirbaa isaa keessaa kan waa'ee of qulqulleesitee nama hin xureessinii jalaatama raabbii ofii hin fakkeessinii gaddaa jalaachisee firaa jibbisaa kan jedhuu sanaa irraatti😢
Fayee yommu si hin dagadhuu anuyuu muziqaa ketin mudaanno gudda na qunnameera dhugaa waqayyo si haa jiraachisuu umrii dheera nuf jiraadhu💗💗💗💗💗💗✅baay'een si jaladhaa si kabajas
Jecha isa duri tokko !!! Warri adaa orma jala figdu achi siqxe jara hin tatu as makamte fira hin tatu as utalta achi utalta dara bubben fute tata !!! Warra oromof oromiya birrati shira xaxanin you is our hero 💓💗
Oromoo koo yoo qalbii qabatee Fayisaadhaf gargarsaa godhaafii yaa gargaruu maloo moraalii isaatiif pls pls 😭😭😭😭😭😭😭😭
Warri tahuu qaba jettan like tuqaa 😭
Waho.kabajam.kenya.sihawata.tenya.duruma.gotakeny.kotu.kara......addafi.sena
@@kayrati.aggaroo4640 your o
@@tamaamsulxan2227 hii.qomoko.....isinuma.abdinko
@@kayrati.aggaroo4640 ok sanyi to
@@tamaamsulxan2227 kayirat.gidi
Korma Lammiin jala yaatu kan diinni gurra sodaatu.
Buli Fayyee!
th-cam.com/video/ftWe5R0xh6k/w-d-xo.html
Maati naatai waan ofi 🖕
maati naaf tai sanyii ko
Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo
@@RashaadTube kootu maatii waliif taana sanyi koo
Wayyyii keenyaa kunii hedduu nama dhukkubbaa fayyee uuuuufffiii Abshari jabbaa koo😭😭😭❤️🥰💟waaqayyoo urmii Kee nuufi haa dheerreesuu
Fayyee koo xiiqooftuu dhiira bagaa nagaan nuuf dhufte maaloo baay'ee si yaadnera kiloole keenya😢❤️💚❤️
Bagaa rabbiin lubbuu kee nuuf oolchee isaaf waanti dadhabamuu hin jiru maaloo 🙏 😭❤️🥰😘
Ani dhugaa dur xiqqumma kooti sirbaa kee baay'ee jaalladha nan dhageeffadha yeroo tiv irraatti gaafa dhufuu hangaa inni hin deemu osoo na tumani iyyuu. Eessa badeen jedha ani dhugaa keessa kootti!?.🥰😘💓
Sirbike.dama.wolala.dhagefatan.olla.hemagali.barodee
th-cam.com/video/lD-AK45QstU/w-d-xo.html
Wollah baay.ee garaa mana nyaataa yaannii fayyeedha galatoomi sabbonna keenyaa rabbii hamtuu sirraa haa qabu yadaa murdaa kee sifi gaa guutuu
th-cam.com/video/lD-AK45QstU/w-d-xo.html
Artist oromoo keessa kan jaaladhu keessa anaf sadarkaa tokkoffaa irrati kan argamu fayyisaa furi akkan ittii sagalee kee jaalladhu dhigaa koo ❤❤❤❤🙏🙏🙏
Fayyee obolesaa Kenyaa hedduu sijalanna sagaleen kee aja'ibaa kilolee akka addaa namatti tolaa ❤️❤️❤️❤️
maati naaf tai qaali ko
Simbo koo maati naaf tahi tiruu
Gallatomii fib mida jaallatama umata oromoo
Dhugaa jette
Fayyee keenya ammallee rabbiin umrii siif haa dheeressuu
Lakkii dhiisi fira kiiyyaa tuffattee hiyyummaa tiyyaa fayyee keenya jajabaadhu
Fayyoo keenna Bar Ati Dhugumman Faayaaaaaaaa Leenca Oromoo Qacalee Qaalii🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪 nuuf jiraadhu woggaa 10,000%
Taa akka kee hin agaree uumamni kee adda narra hin fagaatin si wojjin bareedaa si dhabuu hin danda'u yaa Bulbulaa Dammaa si yaada amma amma si yaada amma Fayyoo keenya kan sagalee kiilolee ❤️💚❤️
Asnadabo.gahe.jiman.gadilala.malwoyya.ya
@@kayrati.aggaroo4640 asandaboo gahe mani kee garaamii badee badee dhufaa karaa isaa natti himii 😂😍☺️
Karra.agaroo.kotuu
Baredu.bade.hindhufini.gibbetu.......gutera.anu.baden.dhufa.ijan.si.......argerra.bayye.sijaladhe.iriba.dhabera
Fayee keenya qoricha Art Oromoo nuuf jiradhu umurii nuuf dheeradhuu🥰🙏
Giftii mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞💞
maati naaf tai lubbu
Fayyisaa qaalii ilma oromoo baga nuuf jiraatte.ani yeroon ijoollummaa kootti sirbaa kee sirbuun ture.gafaan horii tiksu. Wly sirba kee irraatti reebamees beeka abbaa kootiin. Hedduu si jaaladha qaalii kiyyaa sirbaa kee sirbuuf jira gaafa yoo rabbiin achi na geesse nuuf jiraadhu.
Fayyo keenya nuf jiradhu Akkasumas qophesitota FIB nuf jiradha isiin jalaanna❤️❤️❤️❤️❤️🙏
Fayyoo keenyaa umurii dheraa nuuf jiradhuu 🥰🥰🥰fib👍❤️💚❤️
Mati nafi taii malloo sanyi ko qali 😍💞💔💔💔
Fayyoo garaa fayyaa oromookee si jaalata jabeessakoo nuuf jiraadhu❤❤
Yeroo jalqabaatiif sirbaan alatti sagalee Fayyee dhagahuu kooti. His vocal is out of my expectation. I love it
Fayyee leeca kenyaa bayyee sii jaaladha galatomi inshaallah yoo rabbii jedhee gafaa biyyaa baqatii galuu shasheeti hima sii argaa FIB yeroo itii anuu andulami fi magartuu nuuf fidaa isiinis galatoma ❤💚❤
Habibi fayyee keenya nuuf jiradhuu sabboonaa keenya hamtun siin argin gotaa saba ❤💚❤💚❤👍👍👍😘😘😘😘😘😘
maati naf tai sanyi ko
th-cam.com/video/lD-AK45QstU/w-d-xo.html
Oromo jirtu somali jirtu
Duraan dursee bagaa raabbiin raakkoo hamaa sanaa keessaa Sii baasee siin jedhaa fayyee bagaa nuuf jiraatee ammas raabbiin lubbuu kee Sii haa eeguu bakkumaa jirtuuti
Dhugaa dubaachuuf carraa kanan sii arguu koti bayy'een gaammadee jiraa Fib bayy'ee galaatomaa fayyee jabadhuu jabaa koo ammas uummnnii oromoo baayyee Sii jalataa jiraadhuu
Dhugaa dubbaachuf sirbaa isaa keessaa kan waa'ee of qulqulleesitee nama hin xureessinii jalaatama raabbii ofii hin fakkeessinii gaddaa jalaachisee firaa jibbisaa kan jedhuu sanaa irraatti😢
lubu aniire baayee jaaldha😍❤❤❤❤
th-cam.com/video/lD-AK45QstU/w-d-xo.html
Wayii wayii nama boochiisa fayyiisaa furii wowow baga rabbiin sii basee alhmduullilhii ❤😭😭😭🤲❤👍
Lubbu maati naaf tahi
Fayeee muslimaa ta'uu keetii si baree mashaa Allah
Dinifis.sabafi.dhabadhu.madhallh.nuf.jiradhu.umurii.dheradhu
Fayye koo baayee sii jaaladha rabbin dinni kee irrati sii haa jabasu inshaa Allah ☝ yaa rabbii karaa kee irrati debisii obolesaa kenyaa
Fayee bareeda koo Bayye si jallanna leencaa Lencaatti Bikkamu baga deebite akkamitti akka sii jalannu ibsuun nama dhibaa jabaadhu jajjabadhuu !!!!
Maatii naaf tahii qomokoo
Fayya Keenya qalii nama baay'ee nuuh bonsittee bari. Rabbi umri kee nuuf haa dheereessuu. Gufuu fi gufatti sirra haa qabu wogga 1000 nuuf jiradhuu goota koo jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
maati naf nati sanyi ko
Rabbiin sifii haa araramuu jechuun hin dandamuu fayee dhifamaa wojiin
Artistoota oromoo hundaa kessanu bakkuma jirtaniti rabbi isin haa tiksu.
Weregamun haceetu keessa kenna nu gubeee uufff😭😭
Jabadhu fayye kenna rabbi tika ofi kessa siha kawwatu.
Love u ❤❤❤❤ fayee galatoma ulfadha baga nagayan debitee fayee
Thank you so much
Dhugaa Ani Wellissa Fayyisa interv iratti argu koo heddun gammade ❤️❤️
Bayyen.gamanerr.qamar.yusuf.nufyami.
Aiiiy dhuga jedhe Oromoni jira male akka iti jiru jedhe aiiy Oromo walin bira dhabadha❤❤❤😭
Fayisaa waqaayoo umurii kee haa dheresuu ebifamii ammas 🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏😍😍😍😍😍
Fayyee baayyee galatoomi
Dhugaa rabbii fayyisaan yeroo sirba baasuu eegaluu fi ammas tokkuma dargaggummaa ofii hin jijjiirre maashaa allaah tabarakallaah
Hasofni kee hin qufamu fayyo keeny umrii nuf dheeradhu sanyii❤❤❤💚💚💚❤❤❤
Anaa dhufu Fayyoo qaalii keenna.baga fayyitee ngyn nuu deebite💝👍😘
Anaa dhufu FIB😍🙏
Wooiyyii fayee mudanoo kee bayyee garaa namaa nyataa bagaa Rabiini kanahudaa jallasidabasee dhugaa ketii OROMOO fi duyyaa jechuni kee bayyee NAMAA bosaa jiradhuu Umurii dheradhuu👍💗💗💗💔💔🌹💯💯💯💯💯🌹🌹🌹🌹🌹💪👏👏👏👏🤜🤛
Waaa fayyoo koo lencaa koo jabadhuu ofitii amanun kee bayyee namatii tolaa jabadhuu jabaa koo rabbin sii walin yaa ta uu jabadhuu
Fayyee Koo nuuf jiraadhu lencaa Kenya umurii dheraa qaalii kenyaa ❤️❤️❤️
Akkasii fayyee sanyii leencaa ijaa dinnaa irraa nuu hafii qomoo koo.👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💋💋💔💔💘💘❤❤👍💋💋💔💔💔💔💘
Sirbituùn motummaa waqayyoo indhaltu fayyoo maloo debi'i gara gooftattii farfannaaa ojadhuu sagaleeke baredda kanaan kansif kennees waqayyodhaa ittiin umakee jajadhuu barichi baraa ittii sirbaan osoon tanee yeroo ittii gara waqayyoottii bo'anidha waan ta'ef ana obboleti kerraa
Baalagee
Ani eshii anii balagedhaa atimoon cawadha
Abishiirii fayyee Lencaa Sabbaa Sabonaa Rabbiin Umirii sii haa dheresuu Inshaa Allah 😭😭😭😭😭😭💝💝💝💝💝💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋
fayyisaa furii lubbun isaa afurii raji'adhaaa
yaa faayee keenyaa maali waagaa durraa miidiiyaa gubbaarraa dubaatee siirrbaa dhiisiisee jetee maaqaa raabbii kaatee naamotaa siirrbaa kiiyyaa dhaageefaataanii raabbii issiinitii haa rguu jeetee miidiiyaa fii dhiiyeesaa turritee
Fayyee kenaa bagaa nuu debitee lencaa nama bayyee sii jalanaa rabbii hamtuu siraa Haa qabuu inshaa Alha
Fayyee keenyaa nuuf jiraadhu Umurii dheera sirbotaa kee duriillee hedduun jalladha ❤️
Fayye koo akan itti sijaaladhu sidiqisifadhu baaga qommo koo tate😍😍😍😍😍😍😍😍❣❣❣❣
Anaa dhufuu fayoo rabiin umurii kee haa dheresuu inshaaAllaa hamatuu sii hin argiin umurii dheradhuu lencaa koo
😘💯woggaa kumaa nufi jiraadhuu Sabonaa Sabaa Fayyiisaa Furii😍Lecnaa🌹🌹🌻🌻
Koottuu says Cuftinuu wal haa yaadannuu jechama Ustaz Yaasiin Nuuruu dhoksaa aswrwb Alhamdulillah yaadii argii ilmaaniin Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa teettuus Eegumsaa wawrwb
Baga nagaan nuug dhuftee fayyisaa kenyaa Rabbiin si'uumee umurii kee hadheressuu
maati naf tai waan ofi
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
Fayee yommu si hin dagadhuu anuyuu muziqaa ketin mudaanno gudda na qunnameera dhugaa waqayyo si haa jiraachisuu umrii dheera nuf jiraadhu💗💗💗💗💗💗✅baay'een si jaladhaa si kabajas
❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅
Bagaa Nufii jiratee fayyee hasofni kee bayee namatii tolaa jabaa kenyaa umuri dheradhu tiruu koo❤❤
Faayyoo Kenyaa Nuuf Jiraadhuu Lecnaa Koo 💔💔💘💔💘💔💔💘💔💘💞💘💞💘💞💞❤💞❤💞💞👌👌👌👌👌👌👌👌💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👌👌👌👌
Oromo utuu argitanu bira hin darbina maalo Maati nuuf taha 🙏💚👇👇
love you fayyee! takka turte arti dhiistaa? no no never!!!!!!!!!
Rabbin ammale umrii dhertuu sifi ha kennuu fayye lencaa ko ❤❤❤❤❤❤
Well come welisa kena jalatama fi kabajamaa fayeeeee furiiii
maati naaf tai qaali ko
Fayyisaa furrii lakkofsa Kee
Aconte Kee nuufi ergii
Bagaa Rabbii Umrii dheertuu
Siifi haa. kaannee.
Jaabbadhuu Malqaa Hin
Yaadinnii walinnii jiirraa.
Maash.allhaa maash.allhaa Tabarkallhaa hadha mana kee waliin umrii dheradhu wallhii bayeenamati tola namani bakka jiruti hadha worraisaa yadatu
Nuuf jiraadhuu umurii dheeraa leencaa koo!!! Dhugaadhaa ijoollumma keenyaa irraa kaafne si beekna sanyii koo!!❤❤❤😍😍😍
Fayyee keenya jecha ittin si ibsuu hin qabu bagumaa sanyii koo tatee oro koo nuuf jiradha
rabbi umir kee nuf yaadheresu fayisa koo walah harimen koo muziqa kee bayye jalati kan ammas kan duris siddi kee isa lakki dhissi fira kenya najibin namuma kiyya kan jedhu yoon dhagefadhu harimen koo nibo'ossi
Baga jiraatte fayye baga rabbi miidhama hundarraa si hambise ammas jiraadhu
Fayyookoo atii oromoof qaliidhaa hin badiin jabadhuu oromoon sif jiraa
Habibi nuuf jiraadhu sin jaalladha rabbi nahaa nyaatu joollummarra sin dinqisifadhaa rabbi sihaa eguuuuuuuuuu umphaaaaaaaa 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💋
Welcome qondalaa koo sanyii lencaa 💪💪💪💪 umurii nufii dheradhuu
Maaloo fayyee bira dhaabachuu qabna wly gameessa namaa
Fayye god job❤👌🙏
Baga nagan dhuftan qaqalliwan oromoo koo ilove You so much faye
Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
Galatomaa fib namaa qalli oromo kana dhihesu kesaanfi wowww fayo kenyaa
fayyoo keenya qaalii namaa nuuf jiraadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Wow.Anaa.dhufu.baga.nagan.dhufte.fayyo.hedduu.sijalan.Jabaa.nama.❤❤💚💚❤❤👌👍
Mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍💞💔
Fayoo keenyaa heddu.sii.Jalana waan ufii nufi Jiridhu leecnaa hamatuu sirra haa qabuu🥰🥰🥰💟💟💖💖💗💗💖💖💖💟💟💗💖💖💟💗💖💖👌👌👌👌💟💖💖
Fayoo Kenya essati baddee bagga Naggaan nuu dhuftee jirra jedhee gafii natii tahaa turee dhugaa ammayuu umurii dheraa nuuf jiradhu Harmeen tiyya yeroo sirbaa isaa dhagefatuu hin bosii Amma garuu du'aan ad unyaa tanarra B oqatte jirtii y eroon sirbaa isaa dhagahuu I sheen yadadhaa lakkii dhiis firra kiyya nan jibbiin namumaa kiyya 😢😢😢😢😢
Uuuuuuufff abshir obsii
uuuuuffff anille akkasi abban kiyya bara sana woregame😭😭😭😭😭😭😭😭
maati naaf tai
Waqqayyoo biyye issanitii haa salphisuu obsii hadho koo 😭😭😭
Fani maati naaf tahi tiruu
Fayyoo koo bagaa nagaan nuu dhufte naa jalaa badee turtee❤❤❤
Fayisaa furii anii gafiif deebi irrati arguu kiyyaa jechaan ibbisuuf afaan dubbaachuuf!!!!!!!!!????????????
Goota kenyaa ammaalee nuuf jiradhuu innii dhiyyeenyaa kana gadhiiftee baay'ee nuubonsaa
th-cam.com/video/lD-AK45QstU/w-d-xo.html
@@sufiyanhamidhamid2606 kottu maati naaf tahii qomoko
Faayisa furii bayee sii jaladha sirbaa kee durii hunda isaa na jaladhaa 😍😍😍😍
እኔ ጓደሬነኝ አልችልም ግን ፋይሣን ሣሰዋው ትርጉሙን ባላውቀውም በጣምነው እወደው እኳን ደናመጣህ ሣላየሁ በጣምነው ደሠያለኝ አዴናቂህነኝ ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌👌👌👌👌👌👌👌
እኔም የጎንደሬን ሙዚቃ በጣም ነው የምወደው
@@fibglobaldaily ??
Woorabessi naa nyaane leencatu naa nyaate leenca moo,adhe dhufee ergaa adda qaba nama hubateef urmii nuuf dheeradhuu
Dhugaa keeti 😍
@@ayantutulu9087 dhugaati bulii Abiyootiif deebii gahaa debise fayyeen ❣
Baga nagaya nuu dhuftee leencaa kenyaa fayyisa furri jabbadhuu akkanumatti itti fufi hojiin kee bayye namatti tolaa ❤❤❤❤❤
Baga nagana nu dhufute Faye onene sibila aka fero 💪💪💪❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Askale kottu matii naaf tahii kode
Hayyuu keenyaa umrii dheeradhuu!!!!!!!!!
Ani akka koottii guddaan sii jaaladhaa!!!
Eebbiffamiii!!!! Faayyoo!!!
Guddaa nama!!!
Fayee koo rabbin umari si haa dheressuu gotaa koo
Nufii jiradhuu gotaa kenyaa ❤️
fayeen maaliif yeroo hunda maraya kayata???😭😭 miskin taka ture gargarfacaana no no never sirba kanaan 2001 namarachite sineen sindagatu j ko 😍💔💔💔💔😭
Iji.isa.toko.siri.miti.galatomi
Galanni rabbiif haa tahu galatoomi leenca namaa si dabalatee warroonni oromoof gatii kaffalaa jirtan galanni keessan birmadummaa haa tahu
Warri FIB baayyee isin jaalanna baayyee galatoomaa isinitti haa baratuun dhaamsa kooti keep it up
bagaa nagayaah dhuftee fayyoo
Kenyaa ❤💔❤💔❤💔❤💔🥰
Sti mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
Wwwwwwww saboonaa keenaa nuuf jiradhuu waggaa kumaaa ijaa dinii irraa hafii 💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭☝️
Jabadhu jabaa oromoo biqilichtee fayyee 👍Waaqayyoo sii haa eeguu
Ammallee Rabbii umrii kee sii haa dheeressuu inshaa'Allah jabadhuu sanyii lencaa
maati naf tai sanyii
Fayyee leccaa namaa baggaa nagayyaan dhufttee korimahaa
sanyii koo Caalaa daggafaa nufii haferii sagantaa itii anutii maloo namatii toltani sini 2 lamanu jiradhaa👏👏👏❤❤❤❤
uuuuuufi yaa rabbii hamtuu fayyisaa furii nuu dhagesisii
Fayyee koo hedduu si jaaladha fayyaa tayi Umrii dheeradhu
Fayyisaa furii bayee si jalaadha😍😍😍jabadhaa waraa fib namati tolaa ❤
Galatomaa FIB fayee nuu dhiiyesuu kessaaniif namaan bayee jalaadhuu obboo fayee kiiyaaa💖💖
Faayyoo keenyyaa baayyee sijalanaa sanyyii jowari Oromo koo💓💓💓💓jabaadhuu
Natalie mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍💞💔
Gaaltomii attiisi Rabbii
Umrii dheertuu isiinifi haaa keennuu
WWWWWWO Fayyiisaa kenaa umurii Nuu dherdhuu
Mashoo koo maatii naaf ta'imee
Fayisaa furii wan tokkoo sii ibsuudhaf jechaa hin qabuu umurii dheerradhuu
Jecha isa duri tokko !!! Warri adaa orma jala figdu achi siqxe jara hin tatu as makamte fira hin tatu as utalta achi utalta dara bubben fute tata !!! Warra oromof oromiya birrati shira xaxanin you is our hero 💓💗
Bagaa Rabbiini fitinaa kaana hundaa jalaa Rabbiini sii basee fayisaa furii ❤🌹
Orommo koo maalee nuuti woolii Male homma qabnuu fayyo haa gargarruu 😢❤️❤️❤️❤️❤️🙏