Galatomi lencaa koo 🙏🙏 Simayu rabbii nu haa qusatu, Ani erga Haceetti namni quqqama saba kana qabu garaa koo na rassaa, na yaadessa kana nu jala nyaatu Lata jedhen lephe badha
I wish I can like this video more than once... It was really worth watching billion times... As a writer myself I want to thank you for this beautiful ♥️💚♥️ thank you ♥️💚♥️
I'm Somali and Hacaalu was surely again our ethnicity but this is very much heartfelt poem and truth that happened after assassination of Hacaaluu Hundeessa. He was very Hardworking and brave Man that made government fall in its knees. May God reward him with paradise Insha'Allah
Namnii lata fi hacee bayy'ee akka koo jalaatan lakii naaf godhaa mee!💚🖤💚
Mee kotuu matii naf tahii
Baay'ee jaallana dhugaa akkamitti jibbinaa😭💔 nama ta'ee kan isan jibbuu jira laata yoo marata ta'ee malee
Dhugaa ketii😍😭😭
Kan lata jibbu yo jirate hacces tahe nama fayya qabne
Ulfaadhu lata Koo nama dhugaa! Onnee keenya keessaa jirtaam atillee!✍️♥️♥️
Gootaatu gootaf walaloo dubisaa waggaa kumaa nuf jiradhuu😭😭uff hace koo😭
😭😭😭😭😭😭😭😭
th-cam.com/channels/v-CX8Aq1qJCS3B5oBt3Ciw.html
😭😭😭😭😭❣❣🌳😭😭
Hacceekoo rabbiin dhugaakee haa baasu
Uff😭😭 garan koo obsa dhabee boote na boochiftee😭
Kotuu mee hisstin watokko sif hin qabuu
Hayyii Jireenya Miti Kunii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
🙏🙏🙏😭😭😭😭😭
@@ayishaahajiileencoo9954 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔
ይህ ወር ለመላው የኦሮሞ ህዝብ ዘላለም የማይድን የልብ ስብራት ቀን ነው ብዙ ስጦታ ያላቸው ስዎች ስለ ሀጫሉ በግጥም በስእል በተለያየ የአርት ስራ መልካም ስራውን ይገልፃሉ ሀጬ ሁሌም እንዘክርሀለን ነፍስህ በገነት ታብብ
I'm bleeding inside and outside!
Greatest Poems Ever!
Thank you for this poem!
Ammin Ebro kotuu mati naf tahiti
@@alimatube9535 maali Jachuu feette naafihiiniigale please naafi'iibbiisii? Thanks
@@alimatube9535 kottu waliif taanaa
th-cam.com/channels/v-CX8Aq1qJCS3B5oBt3Ciw.html
Laati nuuf jiraadhu long life for your family lati
Obsa na fixachise har,a Lata kanai
Waan Haceen koo har,a du,e natti fakkatte 😭😭😭😭.❤️💚❤️
Ufeeeeeeeee aniilee ofi qabun dadhabe haceeeeeeeeeeee
@@nuriyayassin9567 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
@@monetijalala6104 tole
Uuuuuffff lecakoo garaa nuqabaneesee jechikee
@@asterdxb3356 ufff gubane waqnii lubusaa yamarruu
Uuuuuf 😭😭hacee koo biyyoon siti haa salphatu kaa lattaa ati gota gottatu.gottaaf dhamsaa dabarsa walaloon kee immiman naaa fixachifte gota keenyaa nuuf jiradhu like godha hundii keessanu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Hacee Koo Lafee Koo Onnee Koo Achumatti Nagaa Nuuf Tahi Erga Deemtee😭
Latoo ani dhageefadhee imimmaan qabachuun dadhabe wayyoo hacee koo😭😭 latishaa atiyyu oromoof qaaliidha garuu oromoo yerooo namni lubbuun jiru hoomaa itti fakkatu gaafa namni du'e malee waa hundaafuu hamtuun sin argiin umriin kee nuuf dheeratu qaxalee kooo❤💚❤💘💘💘💓🙏
Gootni hin du'u seena boonsaa qaba warri du'e warra isa Ajjese haqa hacce Rabbi habaasu.Rabbi sihaa eegu sabbonaa koo Rabbi sifaana hata'uu
This is very emotional. can't stop crying. RIP Hacee Kooo.
Same 😭😭
Aah 😭😭😭😭
@@nabbeblackgold mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@@zebibahussein175 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
@@zebibahussein175 kotuu mati naf tahiti
Anaa dhuffuu leencca Oromo
Leta kenei❤💚❤💚❤💚❤💚💪
Haccee Koo❤💚💚❤😭😭
Me kotuu mati naf tahii
As Aa kotuu mati naf tahiti
Lataakoo jabaadhu hujjiin kun kanaan yoomu hin irraanfatamneedha Qalamnii kee hin qoriin Gafurree ilmaa!
Aaaaaaaaaaaah imimmaan kee nurraa qooruu didee hacee koo💔😢
Lataa koo Atii umrii nuuf dheeradhu qalamni kee hin qoorin😘
mati naf tayyi sanyii
Aboo, galatoomii! Atillee akkas jettee yaada garaa keetii ibsattee, nutii keessatti gubachaa jirannaa😱😓😭😢😥
Lata akka wan harra du'e natti fakkesiti
Silaas takka utu imimman hin busifin oleen beku
Kamifuu sif immo umrii ke rabbin nufa dhereesuu tatii kenyaa 🌷
Galatomi lencaa koo 🙏🙏
Simayu rabbii nu haa qusatu, Ani erga Haceetti namni quqqama saba kana qabu garaa koo na rassaa, na yaadessa kana nu jala nyaatu Lata jedhen lephe badha
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Waan oromoon ta,e bineesuun hin taane jedhe jawaar 😭😭😭😭😭😭😭
kottu mati koo tayyi sanyii
Uuuuuufffff dhigaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Dhugaa dhiga haceee Rabbiii haa basuuu sii illee Rabbiii haa eguuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bayye naa bochise walaloni kee hace naa yadachifte nu jabadhu ilma oromo amasi bayessi nu qophessi mee kaa artistota kawanilee
Latii koo waaqayyoo saa eguu sillen🙏Hacee koo boqonnaa gaarii siif haa tu'u 😭😭
Late fi Haccee Jechama ittiin ibsuu waan hin qabneef caldhuun filadha 😭😭
Uuuuuuuffffff haacee koo ol jedhii dhagafadhuu mee seenaa kee siif ibsuu gooni akkaa kee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Uuuuuuuuuufffffffff
Sena mati nf tayika lubbu
Galatoomi Latii koo atis Rabbii wajjin of eegi rabbi nu haa jabeesu "Haceen bara baraan nu keessa jiraata."
Ufff dhagefadhe xumuru hin dendenye😭😭😥💔hache hin dune nuu kessa jiraata kan du'e warra sii ajjeesse.
uuuuuuuuuuuuuuuuffffffffffffffffffffffffuuuuuuuuuuuuuuffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@@شموعالطريف-ع5م kotuu mati naf tahiti
Gootatu goota faarsa lataa koo galatoomi ❤️😭
Jolly tube kotuu mati naf tahiti
Waan Ajaa'iba Qopheessite. Qalamni kee hin Qoorin.
Hiriyyaa Dhugaa , ilma Dhugaa kan Sabaa jechuun Akka kee ti.
Ija Hamtuu Rabbi Sirraa Haa qabu.
Haceen hin duune
Hin du'u yoomiyyuu
Gootni akka duune
Ragaa baha biyyuu
Akkamitti du'a ree
Haceen ilmi sabaa
Seenaa tasa duune
Galmeerraa qabaa
Ilma sabaaf dhalatee
Sabaaf ta'e aarsaa
Seenaan bara baraan
Yaamee isa faarsaa
Hammam dhoksaniiyyuu
Ifa bahuuf jira haqnisaa
Gaaf tokko ol bahee
Akka urjii calanqisa..
Qaldhittii ilma hundeessaa
Gootni onnee qeerransaa
Kan fakkaattiin akkasaa jirre
Kan dubbatee garaa hirre
Qaldhittiin muldhii sonsaa
Ilmii hundeessaa boonsaa
-
Bara yaartuun joortee
Ooltu bakka raqaa
Bakka dhugaa jira
Haceen Ilmi abbaan haqaa!
Yaadannoo Hacee woggaa tokkoffaa
Riqicha Jaalalaa irraa
Lataa Koo Leencaam Atis Ulfaadhu!
abdiyee matti naf tayyi sanyii koo
Ayii Latakoo , latii dagaagii atiis goota keenya kan dhugaa hin dabsine qalaamni kee hin gu'iin!!! ijji hamtuu si ilaaltuu boollaatti haa dabalamttu Rabbii si haa eegu!
Anaadhuufu latii Koo🤝♥️💚♥️😭
Hacee koo 😭 gubanee kaa bobaane maaloo 😭 dhugaa dhageeffadhe xumuru dadhabee imimmaanif uuuuuuuuffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 gootota keenya meeqatama nyaate kaan jiraa dhabamsifte!😭waayi Ethiopia dhiignii ilmaan oromoo kun cobe cobee guyyaa tokko akkam akka si taasisuu waaqnii nu yaa argisisuu ☝️
Hacee koo fi gootowaan keenya aarsa nuuf taatan galanii keessan bilisummaa haa ta'uu kaa bira kanin jedhu hin qabu bohicha malee😭☝️😭😭😭😭😭😭😭
Caqaseen imimaan koo qabachuu dadhabee 😭😭😭
Uuuuuuuuuuuifffeee 😭😭😭😭😭😭
@@eventhink3253 kotuu mati naf tahiti
Uuuuuuuuffff Haceeekkooo yomiyuuuuuu dagatamtuuu nuuu kesaa attiii 😭😭👈
Gotatuuu goota farsa atileee nuf jiradhuuu darbiiii kumaaaa 💯✅
❤️💚❤️😍
mati naf tayyi sanyi koo
@@hakimamanya4993 Tole kotuka manako 😘
Welcome sanyii💔😥wayyoo hacee koo akkamiin biyyoon gadi si qabde Laata😥💔😥💔😥
mati koo tayyi sanyi
Seenaa qabsoo Oromoo keessaatti, kanan argee fi dhaga'e keessaa, Hacaalluu irra caalaan mararfadha. Kaleessas ar'as Haceen marartee kooti. Lataa Qana'ii atis baayyee garaa nanyaatta. Amma si tikfachuu irra geenyutti Waaqaaf jedhi of eeggannoo godhi bro.
Uuuffffffffffffffff aannaa haa nyaatuu Haacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yaa Haacee kooo uuuuuuuuuuuuuy 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭(laataa ) guudda gaalatomi baay'ee baay'ee baay'ee si gaalatefanaa maloo oson dhagaahu baadhee gaaran kooo gubatee of dadhaabe uffffffffff yaa Haacee yomiyu nu keessaa jirtaa😭😭😭😭😭😭
@@adoaddo3024 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
@@monetijalala6104 ok
@@adoaddo3024 kotuu mati naf tahiti
th-cam.com/channels/v-CX8Aq1qJCS3B5oBt3Ciw.html
Jabaadhu Jajjabee sanyii leencaa si qabaachuu keenyatti hedduu takka boonna #Lataa ko!
I don’t have a words to express you. Thank you. You are our icon like Accaalu.
Goota kenyaa onneekee haacem!!🥰🥰😥😥😭😭😭💪💪🐅🐅🐅🐅🐅👈
Uuuuuuuufi imimaan qabachuu dadhabee hacoo koo rabbin jenatta furdosii sif haa kenuu lataa qalii oromaa hamtuun sii hin arginii
haacee koo seenaa rirmi nyaatu jete si dhabnus seenaa keeti hafne 😭😭😭😭
I wish I can like this video more than once...
It was really worth watching billion times...
As a writer myself I want to thank you for this beautiful
♥️💚♥️ thank you ♥️💚♥️
Maali jenna egaa dacheen kunis garaa jabaatteemi..............silaa kun Haacaaluufi hin maluu,madaa sammuu godaannisa seenee nutti tahe.Akkuma innuu jedhe biyyeen galabaa miti.Wayyoo walaloon kun garaa koo na raaseemi.
Gotaatuu Gotaa farsaa oso Hacee koo nu jiratee sabni kee iyee sii wamaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Sabotuu sabaa kotuu mati naf tahiti
Dhugaa keetii sabontuu oromoo ❤
@@hawiioromoo6756 kotuu mati naf tahiti
Oromo art is going forward 100% Amazing Oromo Nation
I'm Somali and Hacaalu was surely again our ethnicity but this is very much heartfelt poem and truth that happened after assassination of Hacaaluu Hundeessa.
He was very Hardworking and brave Man that made government fall in its knees.
May God reward him with paradise Insha'Allah
Leenca koo sin walalleessuuf waraqaa sin barbachisu silaa!! si jaalanna❤❤❤
😭😭😭 Haacee bara baraan laphee ummata kee keessa jiraatta ati hin dunee!!
Uuuufffii😭😭😭😭😭 yaa waqayyoo gooftaan dhugaa hacce keenyaa ifaatii nuuf basii
Gootaa koo attiimmoo umurii dheraa nuuf jiraadhu sijalaa 😍😍😍
Lenccaa koo nuf jiradhuuu 💝💝💝
Aaaaaa hacee koo 😭😭😭😭😭
Bekuumsii kee fixaan haa bayuu lataa keennaa
Thank you Leta and your support to Ache and oromo in general is so great and continue supporting family of Ache
God bless you and your family
umurii nuuf dheeradhu latii.lubbuu hacaaluuf jannata.atiyyuu xumurte,warra abbaa garaaf salphina.kan akka kee fi hacaaluu lakkuu lakkuu haadhalattu.
Im so proud of my Oromo brothers ❤️🙏🏽
Abigial maatii naaf ta'i sanyii koo
Well come leencaa koo
Bro kotuu matii naf tahii
😭😭😭😭😭😭😭
@@babaldaidh1212 kotuu mati naf tahiti
Hacee qaalii nama hacee goota ko uuuuuuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@@ኢቲዮጲያሰላምትሑን kotuu mati naf tahiti
Uuuuuufffff ebbifami qomoo keenya waaqayyo ija hamtuu sirraa haa qabu nuuf jiraadhu ogeessa oromoo💓💓💓💓
Long live my best! wow! wow! you express each and every of my heart feelings!
❤💚❤🖤🖤🖤hhhhhhhhhhhhhuuuuuuu
THIS IS SO EMOTIONAL I CAN'T STOP CRYING
Lataa kenyaa bagaa nufi jirate asi gette gotta kenyaa qali jabadhu changle banachu ketifi hedduu itti gammanne jabadhu waani dandutu kaminu sabaa kee wojjiin dhabadhu akka duriu akkuma amma wolale kee kani durifi ammale changle ketirtati bifaa ummata hawatuni hojadhu gadi nufi dhisi sifi sabaa Kelle ni fayyada jabadhu you tubrra Hin badini
Incredibly amazing ,powerful poems 👍 🔥
😢😢😭😢😢❤❤💘💘💘💘💘💘💘💔💔💔💔💔💔💔💔💔💝💝💝💝💝💝💝
I never stop crying ever time maHaacee🥺🥺😭
th-cam.com/channels/v-CX8Aq1qJCS3B5oBt3Ciw.html
mati koo tayyi sanyii
Maloo uuufii malii haa tanuu gubbanee hacee koo atisii nufii jiradhuu latuu koo😭😭😭🥰🙏
Such an amazing talent. God bless you dear Leta. You nailed the truth!
mati koo tayyi sanyii
Oh my god I can't hold back but cry
aman maatii naaf ta'i sanyii koo
Lataa bro koo umrii nuf dheradhuu nuf jiradhuu dhugaa Haccee rabbiin nuf haa basuu rabbiin 😭😭😭😭😭😭
We love you Haacaaluu. THANKS BROTHER
imimaan qabachuu hin dandeenyee Lataa Hacee koo 😭 😭 💔
kottu matti ko sayyi sanyi
Uuuuffff goota seenaatu jiraata.........Haceeko jabaa biyyaa .......gootatus seenaa gootaa yaadataa waloo Lataa atillee goota jabaakoo si jaalanna.....
Haacee koo uuuff yomuma sin hin dagannu goota koo😭😭💔
Hacee koo qaalli koo jirtaa yomu onnee oromoo keessaa ❤🥲
Atisi gaalatomii lencaa koo
What a heart touching poem....uuuuuufffff lataa koo imimmaan qabachuu hin dandeenye
Haceeko atii nuuf Qaaliidha... RIP
Yisihak maatii naaf ta'i sanyii koo
Haacceekoo biyyee sitti yaa salphatuu kaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😢😢hacee goodanisa fayyinnee jabadhu lataa rabbii si haa egguu
Hacaalu hundessaa biyyeen sitti haa salphatu
What amazing Poem!!!!!!!!!!!! Keep it Up Leta.....
Galatoomii jiradhuu ijii dinaa siin arginii Dinii kee ijishee ha'aa bishauu uuuuuufffffff yaa haccceee koo nagatii walarganii silaa jiruu nagatii nagatii haccccceee kkooo 🙏💔😭
Amma sitti dabalamnutti gubachaa jiraanna Hacee koo 😭
Adanu Lebanon kotuu mati naf tahiti
❤💚❤
No word! No Comment😭
Leenca koo uuuuufi 😭😭💔
@@mutaarawol3273 kotuu mati naf tahiti
Haccee koo walaloo laata kana irra deeddebi'ee dhaaggeffachaa immimmaan kiyya qabachuun dhadhabee.haccee koo guubanee.
Hacee koo waqayo lubbu kee ha,amaru 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Proud to be your generation Hachee plus Lati
matti naf tayyi sanyii koo
Yaarrittuu haccaa ajjeettee Rabin ibida azabbaa iishiihaaguubbu haccee jennattaanni rabisihagammaachiissuu qaaliioromo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤hindune
Hacee you will always be in our heart. Rest in power legend. Lata❤
th-cam.com/channels/v-CX8Aq1qJCS3B5oBt3Ciw.html
Wayyoo haccee gubbannee 😭😭😭😭💔💔💔💔
Jaal Lataakoo ,Sirba haccee Galatoomaa ! Jedhu siif filadheera.
GALATOOMI !
matti koo tayyi sanyii koo
Rest in peace hacee koo😭😭
Lataa koo galatomi great speechwriter😭
Gotaatuu wahee gotaa Bekka 😭😭
Sartu mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
Galatoomi lataa kheenya .
Haacee rabbiin dhugaa kee haa baasu
I haven't word for u lati!
Ayiiiiiii.......!!
Ayyuu tube kotuu mati naf tahiti
Latuukoo 😭
You Made me speechless 😶
mati naf tayyi sanyi
Tokkicha qixxe kumaa lata koo naafi jiraadhu rabbin umuri haraqessa sii keennu lata koo baay'ee nama bochisaa lata koo
💓amazing Lattuuu koo
HACEE OUR LEGEND💕
Ahhh gubanne lataa kiyya😢❤
Dhugaa rabbii Lataa koo walaloo kana yoon dhageeffadhu imimmaan koo lolaaste garuu maal godha nuuf jiraadhu lataa koo
Thank you for this poem!
Aaaa,aaah Mada yomillee.fayyu hin dandenyee nutti ta,ee Duti Hacu koti 💔😭😭😭😭
UUUUUUFFFFFFFFF.....MAAALOO IMIMMAAN QABACHUU HIN DANDEENYEEM HACEEKOOO. LATIIKOO ATIS OF EEGGADHU MAALOO WARAABEYYII SANARRAA
Bagaa dhuftee Lati💚🥰
I can't hold my emotion, RIP hacee koo
Uuuuuuuwwwwaaayiiiiu waaayooo kaa maalooo nuf jiradhuu kaa Atiyuu dinaatii Abidaa taayiiii Acee keenyaaa uuuuuffffff😭😭😭😭😭😭💞💞💞💞❤️❤️❤️
Hachalu is in all oromos heart forever. 😭😭😭😭I can't stop crying.
th-cam.com/channels/v-CX8Aq1qJCS3B5oBt3Ciw.html
Wayoo waayoo