Taatee Ajaa'ibaa namoota 4 galaafate

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 25 ม.ค. 2025

ความคิดเห็น • 397

  • @foziyaafoziyaa9450
    @foziyaafoziyaa9450 ปีที่แล้ว +5

    Yaa rabbii kiyyaa nuu barari atii worraa dhumee rafimataa godhii kaa hafan nuu tikisii atii😢😢😢

  • @Waaqayyo_arjaadha
    @Waaqayyo_arjaadha ปีที่แล้ว +1

    Bayeesuusim😭😭😭 Gooftaan hafuura hamaa naannoo san jiru haa ifatu🙏

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓💞💓

  • @asnibelhu8843
    @asnibelhu8843 ปีที่แล้ว +5

    ምድር ተከፍታ ሳትውጠን ፈጣሪ ይቅር ይበለን የግፋችን ውጤት ነው

  • @SayidaTemam
    @SayidaTemam 25 วันที่ผ่านมา +1

    Mashaa alhaa rabbiin itti haa araramuu inni nu haa tiksuu

  • @procell7301
    @procell7301 ปีที่แล้ว +9

    Maqaa motii nagatiin maqaa iyasusin hojinsaa haa digamuu hafiraa hamaa kaan duraan gabarsaa baree wayii ❤❤maqa iyasusii biyy koratii habboo hiin godhatiin 🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️☝️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @FatiyaaGirbo-nb2sd
    @FatiyaaGirbo-nb2sd 13 วันที่ผ่านมา +1

    Fatiyaagirboo ❤

  • @burte7300
    @burte7300 ปีที่แล้ว +1

    Kuni hojjii Seexanaa Haafuura hamadha waqayyoo isin irraa haa ifatu kadhaadha
    yaa waqayyoo ati Haafuura hamma Achi keessa jiruu kana ati ifaadhu gubi🤲🏻

  • @dammaqi944
    @dammaqi944 ปีที่แล้ว +1

    Barri gaye abbaa beekuuf! Jaariin keenna deebi’e! Abbaan ufi hin arguu mixiin quba fixe

  • @tube-ms3iq
    @tube-ms3iq ปีที่แล้ว +1

    ይህሁሎ የወጀላችን ብዛትነው የሰውልጅ እደከብት እያረዳቹሁ እየጠላቹሁ ከብትእኳን በክብርነው የሚታረድ የሰውልጂግን የዛንያህል እኳን ክብርየለመ ቂማ አለመቆሙው እራሱው አላህ አዛኝ ሰለሆነነው እጂማ እደኛወጀልቢሆነ እሳትነበር የሚዘብንን

  • @obsituubetiislamaa
    @obsituubetiislamaa ปีที่แล้ว +8

    Subahaanallah qadarumaa Rabbiti☝️😭😢

  • @eliasyusuf1930
    @eliasyusuf1930 ปีที่แล้ว +9

    yaa rabbii kiyya namoota darbaniif araarama, isa hafan ammoo ati nuuf tiksi😪😭😭😭

  • @MsaiMsai-x9e
    @MsaiMsai-x9e หลายเดือนก่อน

    Rabbii lubbuu isaani haa maru maatii isaani jabadha

  • @hamdegebre9519
    @hamdegebre9519 ปีที่แล้ว

    Subhaanallaah Rabbiin isaaniif haa araaramu jannataan isaan haabadhaasu!

  • @hawwiinkoojaannata9734
    @hawwiinkoojaannata9734 ปีที่แล้ว +2

    Subhaan allah subhaan allah yaa rabbii guddate ati😢😢

  • @madinaahasan5268
    @madinaahasan5268 2 หลายเดือนก่อน

    Subanallah yaa Allah 😭😭😭😭😭

  • @sabontuujimmaa7728
    @sabontuujimmaa7728 ปีที่แล้ว

    Ya Rabbii Ko. Subahan Allaah 😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @abdallausman59
    @abdallausman59 2 หลายเดือนก่อน

    Issiin taa rabbii dhisii maa odistaa fonoo afan oromoo

  • @KalilDalu
    @KalilDalu หลายเดือนก่อน

    Rabbi.issini,haa.jabesu.maatin.umataa.sanii

  • @brtukanjote6928
    @brtukanjote6928 ปีที่แล้ว +1

    Iddoo sun seexaan nama nyaatu jiraa dhugaa osoo tsabalaa itti naqaan wayyaa dhugaa😭😭😭😭😭😢😢😢😢

    • @AwelHassen2
      @AwelHassen2 ปีที่แล้ว

      😢😢😢

    • @ashash9382
      @ashash9382 ปีที่แล้ว

      Quran it,ti qarrmuu qabbaa

  • @sabbotuuoromiya6012
    @sabbotuuoromiya6012 ปีที่แล้ว

    Bayesusim kuni afuraa hamadhaa waqayyoo isaa haa ifatuu kadhadhaa jabadhato
    Kan lubbun daraban waqayyoo namasee haa maruu😭😭

    • @YDHjfh66
      @YDHjfh66 2 หลายเดือนก่อน

      bayesusim kuni afuraa hamadán waqayyoo isaa

  • @admasuwodajo4830
    @admasuwodajo4830 ปีที่แล้ว

    Maaltu qoratamere waan kana tarii kana dura taaten kun mul'atee beekaa? ka naafxaa sunoo muuxannoo maalitii laata?

  • @ahmedamin9577
    @ahmedamin9577 ปีที่แล้ว

    Namni akka isaan itti du'n bira dhaabatee arge sun dhugaa jirtu baasuu qaba.
    Itti gaafatamni lubbuu namoota 4 kan maatii tokkoo tapha tayuu hin qabu.
    Karaa heeraaf seeraatiin qoratamuu qaba.
    Dhugaan ni qal'atti malee hin cittu.
    Gumaa isaanii rabbiin haa baasu.

  • @lomilomi9211
    @lomilomi9211 ปีที่แล้ว +1

    Maqaa waaqayotin kuni hojii Seexanatti waqayyoo ishii haa ifatu abo😢😢😢😢

  • @taaddutt2215
    @taaddutt2215 ปีที่แล้ว +5

    Maqaa Maqaa caluu Maqaa Yesuusiin Afurii boliichaa kessaa ta,ee dhigaa nama dhuguu haa waranamuu👋👋👋👋👋

    • @GgvsbGhv
      @GgvsbGhv 2 หลายเดือนก่อน +1

      😂😂😂😂 kii gowaaa hauzubilaa iyasusii nama akaa kiyatii yoo barbadee dhoqee kunii hujii rabinii 😅😅😅😅😅😅😅😅homaa rakoo hin qabuu

  • @ummusumeyatube9892
    @ummusumeyatube9892 ปีที่แล้ว

    subaannaalla inallaa wan ilee rajun

  • @aanaakiyya2388
    @aanaakiyya2388 ปีที่แล้ว

    Gaaziin itti jissan sun kan jaariiti mo innuu ni fixaa dubbii kana balaay harka keessa qabaatinnaa 😊😮gad fageenyaan qoratamuu qaban

  • @CaltuGanna
    @CaltuGanna หลายเดือนก่อน

    Subahan allaa maali garuu 😭😭😭

  • @mekdesmelaye
    @mekdesmelaye ปีที่แล้ว +1

    Maqaa waqqayyo tokchatn maldhaa garu setaxan 🥺🥺😭😭😭😭😭😭

  • @tajudinmd1634
    @tajudinmd1634 ปีที่แล้ว

    Yaa rabbii inalilahiii woo inaa ileyii raji.unii rabbii nufii lafisii😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @amanaaQuruu6491
      @amanaaQuruu6491 ปีที่แล้ว

      Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤

  • @AaQq-dj1nl
    @AaQq-dj1nl ปีที่แล้ว

    Waqqayyoon nuu haa olchuu hammaara isaan boqatan lubbuu isaan jennata yaa tasiisuu😥😥😥😥😥

  • @Gutema-sq1yq
    @Gutema-sq1yq 3 หลายเดือนก่อน

    ❤waaqi nidandea

  • @WaktolaEndalu
    @WaktolaEndalu ปีที่แล้ว

    Wanti akkanaa Kun Afuura seexanaati humna dhiiga yesuusin hadha'amu

  • @DitaGoro
    @DitaGoro 28 วันที่ผ่านมา

    Rabbi sinfih haarrmu

  • @mediitube8488
    @mediitube8488 ปีที่แล้ว

    Kuni hojii seexanatti Waaqayyoo ishee haa ifaatu.

  • @KadirDamise
    @KadirDamise 2 หลายเดือนก่อน

    Yoomi essaati naa baareessi

  • @DerejeMotuma-pi7io
    @DerejeMotuma-pi7io หลายเดือนก่อน

    Malidha😢😢😢

  • @KedijaKedir-y4o
    @KedijaKedir-y4o 4 หลายเดือนก่อน

    Rabbiin jajabina isaaniif haa kenuu mattii isaaniiti

  • @yoomiilataa2599
    @yoomiilataa2599 ปีที่แล้ว

    😭😭😭😭 Ina Lilahii waa inaa ileyhraji'un

  • @gedaabdissa6618
    @gedaabdissa6618 ปีที่แล้ว

    Tilmaamni ogeessi kenne kun dhugaa natti hin fakkaatu, sababnisaas naannoon baqaqni lafaa kun itti mudate kun naannoo sulula Qinxamaa guddicha Ardii Eeshiyaati jalqabee hanga Aardii Afrikaa kibbaatti keessafulla'ee qaxxaamuru wanta'eef, naannoo kanatti Aardiin nuti keessaa jirru kun gara lamatti yeroosheen tarsa'aa jirtuufi sochiin keessoo lafaa nannoo kanaas bay'ee yaddessaa ta'uunsaafi baqaqiinsii gurguddaan nannolee sulula kana keessatti argaman kessatti irra deddebin mudachaa jiraachun saa yaadannoo taatewwan naanno sanatti mudataa turaniti. Waanta amma naannoo Shaashamannetti darbuu lubbuu namaatif sababa ta'ee kun ifaaf ifatti naanno Affaar kessaatti baqaqinsa lafa kanaan dura mudatee darbeen walbira qabanii ilaaluun bareedaa natti fakkaata. Baqaqiinsi Affaar keessatti mudatee darbe sun gaazii hamaa lubbu dabarsuu danda'uufi ho'iisa hamaa qabu burqisiisaa turusaa gartuun qoraattotaa mirkaneessuun ibsaniiruu.
    Haaluma kanaan iddoo baqaqiinsi lafaa kun ittimudetefii baqqaana lafaa isaa gadi'aanuun qaawwaan tarsa'iinsi lafaa umee kun yeroo wal qunnamu gaasiin summaa'oofi yeroo gabaabaa keessatti lubbuu qabeeyyiirraan midhaa lubbuu dhabamsiisuu qaqqabsiisuu danda'uu. Kanaafuu wantii namoota birmannaaf dhaqanillee ajjeese kun gochaa sexanaa yokaan hafuura hamaa akkasumas illee lolaadhan kessoon lafaa midhamuu osoo hin taanee, naannoon kun jechuun bakken sulula Qinxamaa qaxxaamuree darbuukun akka ragaan qorannoo giology argisiisuttii naannoon qinxaamaa Aafrikaa qaxxaamuraa darbu kun jijjirama arifachisaa kessummessa jiraachuusaa ragaan qorattota biraa odeeffatamu ni'eera. Haaluma kanaan ogeyyiin geology fi wajjiraaleen motumma dhimmi kun isaan ilaallatu qorannoo taasisuun dhimma kana ilaalchisee odeeffannoo gahaa hawaasa naannoo baqaqi laafaa itti mudatee jiruufi garafulduraatti jijjirama kanaan wal-qabatee baqaqiinsa laafaa mudachuuf jiru irraatti of eggannoon akkaami tasifamuun akka barbaachisu haawaasa naanno hubachisuun bala hubannaa dhaburraa dhufu akkasirraa dursanii hawaasa ofii baraaruun niidandaa'amaa. Midiyaan OBN illee ittigaafatamummaa gamakanaan qabuu hawaasaaf beektota gama kanaan jiran odeeffachuuun hubannaa ga'aa kennutu irraa eegamaa!

  • @welelabenga8618
    @welelabenga8618 ปีที่แล้ว

    Haa raabii nuyii basii wanii akka malee 😭😭😭😭😭😭😭

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 ปีที่แล้ว

    Mootummaan amma bakka yaaduu Geejjibni yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa Eegumsaa dhoksaa ergaa jedhee haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb ida'amuun mandisni laftis gaaddisa mootummaan biruma

  • @BonsS32172
    @BonsS32172 ปีที่แล้ว

    😢😢😢subalhaa yoo rbikoo

  • @sabontuujimmaa7728
    @sabontuujimmaa7728 ปีที่แล้ว

    Subahan Allaah 😢😢😢😢 inaillaah woinaa illaahi Rajiun😢😢😢😢

  • @fidgetingfrenzy1579
    @fidgetingfrenzy1579 4 หลายเดือนก่อน

    Maqaa eyesisini hadhamuu hini hachii kesaa jiruu

  • @kuulikuuli7915
    @kuulikuuli7915 ปีที่แล้ว

    Kuni afuraa jaawee kuni waaqayoo ishee raakkutuu

  • @yerusjabesa8400
    @yerusjabesa8400 ปีที่แล้ว

    Maqaa iyesusin😢😭 kana kesaa afiraa hamatu jiraa kan hidhamee haa ta'uu

  • @MaroMagerto-jb3gn
    @MaroMagerto-jb3gn ปีที่แล้ว

    Malii kunii maqa yesusii 😭😭😭😢😢

  • @tayitutube891
    @tayitutube891 ปีที่แล้ว

    Hojii seexanaatti 😢 😭😭 maaloo nu Araraamii Yaa hoftaa

  • @MarryMarry-h5c
    @MarryMarry-h5c 16 วันที่ผ่านมา

    Lubbuu haa maru

  • @biftu16jimma
    @biftu16jimma ปีที่แล้ว +4

    Yaa Rabbii maal dhaga'uutti jirraa 😭😭😭😭

  • @alimaadam1368
    @alimaadam1368 ปีที่แล้ว

    Qamaa seeratti dawaluu qabu turee
    Kun seeyxaanatu achii jiraa

  • @mulukaamulukaa39
    @mulukaamulukaa39 ปีที่แล้ว

    Yalaa ati nu basii ka 😭😭😭😭

  • @TakiluKinati
    @TakiluKinati 4 หลายเดือนก่อน

    Qoratooni nanoo Sanaa qoratanii gadii fagenyanii hubatamee ilalamuu qabaa motumani ta'ee qamnii kanaa ilaluu hordafee ilaluu qabaa garaa lafaa kanaa gadii fagenyii isaa malii akkaa qabuu mashinii gudaa gafataa Akuma Midhaa qabuu fayidas qabachuu qabaa tarii

  • @kwtkwt333
    @kwtkwt333 ปีที่แล้ว

    Rabbin nuhabaru

  • @ababuyeemariyaamlijii2551
    @ababuyeemariyaamlijii2551 ปีที่แล้ว

    yaa waqaayyo maalumaa Argaa buluu 😭😭😭😭😭 waqaayyo nabsee isanii haa maaruu uuuuuuuffffff😭😭😭😭😭😭😭

  • @planscoll187
    @planscoll187 ปีที่แล้ว

    Yaa Rabbi 💔😭😭😭😭wanta ka yoo umanii garaa gantii wali galee itti naqee duchee ergaa duchee boddee sirtii xaqaxanii furmataa hin ta,uu

  • @zeharaademshiferaw6308
    @zeharaademshiferaw6308 ปีที่แล้ว

    Allhamdulilahi elki belu

  • @Sifenkedir
    @Sifenkedir 3 หลายเดือนก่อน

    yaa alhaa ati akkaa keena laltee nu miidhini yaa rabbii 😭😭😭

  • @MarayamaHajjii
    @MarayamaHajjii 4 หลายเดือนก่อน

    Uuuuffii yarbii ko hedu takaha one nama cabasaha 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️☝️yàa rabii balha akhaa male nu basi 😭😭😭🤲🏻🤲🏻

  • @dasiikiyyaa7578
    @dasiikiyyaa7578 ปีที่แล้ว

    Uuuiuuu waaqayyoo matii sanaf jajjabinaa haa kennu

  • @ZulfaaMohemmad
    @ZulfaaMohemmad 4 หลายเดือนก่อน +1

    Subanllh

  • @dubaguyo2133
    @dubaguyo2133 ปีที่แล้ว

    Haalli wal-fakkaataan Godina Boorana Aanaa Taltalleetis umamee ture, lubbuu namoota galaafate!

  • @Raihana1-t9u
    @Raihana1-t9u 3 หลายเดือนก่อน

    Yarbii..Kenya.ya.allah.janatan.gamachisik

  • @wgcscdegh8674
    @wgcscdegh8674 ปีที่แล้ว

    Maqaa gooftaa iyesusin 😭😭😭😭😭

  • @leoleo1143
    @leoleo1143 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo Namaa hoolchuu kan boqotan Lubbuu haa maaruu Waaqayyoo

  • @urjiiamboo5417
    @urjiiamboo5417 ปีที่แล้ว

    Yaa waqaayoo malii dhagenyaa garuu yaa rabii maliidhaa jechudhaa wantii hakanaa. 😢😢😢😢😢 rabii nabsee isan yaa maruu rabii uuuufffffffffffff😢😢😢😢😢😢

  • @sofiahuseen4589
    @sofiahuseen4589 ปีที่แล้ว

    Subanaala ufffiiii ya allah 😭😭😭😭😭😭

  • @ahmedbadaso1250
    @ahmedbadaso1250 ปีที่แล้ว

    Ya rabbii koo nuf haraaraamii😭😭😭😭😭😭

  • @warkiikasaa6181
    @warkiikasaa6181 ปีที่แล้ว

    Ya waqayyoo kanaa jalaa bubasii🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲

  • @AminahBorti
    @AminahBorti 8 วันที่ผ่านมา

    Wonii malii ka nama qabu

  • @mashama2014
    @mashama2014 ปีที่แล้ว

    Rabbii isaanii haa araramuu😢😢😢😢 kun qadaraa Rabbitii

  • @FarahanZiyaad1
    @FarahanZiyaad1 2 หลายเดือนก่อน

    Subahan allah

  • @magarsaaibraahimmuhammad
    @magarsaaibraahimmuhammad 3 หลายเดือนก่อน +1

    Allaah Allaah Allaah

  • @fuadnuruu
    @fuadnuruu 2 หลายเดือนก่อน

    Yada gari waqnii lubbu jara hamaruu

  • @RanaZaidan-os7ux
    @RanaZaidan-os7ux ปีที่แล้ว

    Baye nama gadisisa Rabi kan Janata hagodu

  • @khadeejehabushindi608
    @khadeejehabushindi608 ปีที่แล้ว

    Ajaj aa rabbii Alhamdulillah jechuu dhaa😭😭😭

  • @tigistibuzuna5571
    @tigistibuzuna5571 ปีที่แล้ว

    Waqayoo sii haa hifatamuu

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 ปีที่แล้ว

    Kan fayyaa qabuu Qalbiinis mootii Eegumsaa yoo beeknee
    Garuu kam ilkaan ittisaa dhibeenis mootummaan qabeenyaa biologist aswrwb wal'ansaa deemsis hojii

  • @Fayameti2024
    @Fayameti2024 ปีที่แล้ว

    Suban Allah! Warra du'e rabbi haa jeennatu. Maatii firootan isaaniif jabina haa kennuuf.

  • @AsfawHundecha-hj6wu
    @AsfawHundecha-hj6wu ปีที่แล้ว

    Yaa rabbi nu bassi nama gadisisa

  • @fanosetube2291
    @fanosetube2291 ปีที่แล้ว

    Waaqayyoo biyya kenyaas sabba kenyaas hammaraa nuuf egii

  • @BilalJeyloSaaidoromocomunty
    @BilalJeyloSaaidoromocomunty ปีที่แล้ว

    Yoomiyyuu amaara ofiirrattii hin dhifnu

  • @GaRamu-l9w
    @GaRamu-l9w 2 หลายเดือนก่อน

    Mazumuri odoki

  • @biree4802
    @biree4802 ปีที่แล้ว

    Ayiii Maqayesusiin Waqayyoo nu,haa olchuu😢😢😢😢😢

  • @HassanAbdi-j4k
    @HassanAbdi-j4k 10 หลายเดือนก่อน

    Subahan alaha rabbiin ramata ha godhuuf

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 ปีที่แล้ว

    Galatoomii Obboo Tibbeessoo

  • @badhasanejash5710
    @badhasanejash5710 ปีที่แล้ว

    Lafti yeroo baqeyxee canaali umtu akkana matahara wajjin Wal tuqaa demti taanaan baqaqinsa lafaa jechuu kana jechun Biyyallee adda muru dandaya

  • @JaltoKsa
    @JaltoKsa 4 หลายเดือนก่อน

    😭😭😭😭😭😭Ya waqayo nu ya basuu wanii ak malee warii boqatanii nabsee isanii ya maruu😢😢😢

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 ปีที่แล้ว

    Amma anaaf hawaasaa irkoo nyaataanis ergaa

  • @مريمالعربي-ز5ج
    @مريمالعربي-ز5ج ปีที่แล้ว

    Subahaanallah jahnnam olbahe 😥😥😥

  • @AishaAisha-kt7bo
    @AishaAisha-kt7bo ปีที่แล้ว

    Subaan all 😂😂😂😂😂😂

  • @mergaassefa917
    @mergaassefa917 ปีที่แล้ว

    Taatee Balaa Gaddisiisaa kana anatu News isaa hojjate.Ammas,more balaa nama hundaafuu hibboo ta'e kana Roobii dhufu kana Ogeeyyii Ji'oolojistootaa Yunvarsiitii Hawaasaa qabadhee naannoo sana deemuudhaan 1ffaa Daa'ima duraan lafa baqaqettti seenuun lubbuu baraarame kan dubbisu ta'a.Namticha Beenzila ofitti naqee seeneedhuun reeffa namootaa baases dabalataan kan dubbisu ta'a.Itti aansee Hawaasa Naannoo Baqaqa lafaa sani jiraatan wanta dubbisnu qabna.Isin View gochuu,like,comment and share gochuu hin dagatinaa.Margaa Asafaa Turaa,OBN!

  • @practical-medicine-pm
    @practical-medicine-pm ปีที่แล้ว

    Ogeessi waa'ee kana sirriitti ibsu maaliif dhibe garuu? Akka namoonni jedhanitti humni nama harkisu akka jirudha. Geothermal energy'n annisa lafa keessaa fayyadamuu humna ibsaa ykn elektirikii uumaaf fayyada. Rakkoon uumame humna lafa keessaa kan geothermal energy kana irraa waan fagaatu miti. Keessumaa namoota miidhaman qorachiisuu barbaachisa. Qaama isaanii irra miidhaa maaliitu gahe? Maaltu akka du'an taasise? Naannoo balaan kun uumame meeshaalee elektrikii ykn Chaarjii ( charge) nutti agarsiisan itti fayyadamuun qorachuu barbaachisa.
    Ta'iin kun dhihoo kana Boorana keessatti tahuu dhagaheen ture. Kanaaf OBN dabalatee nami isa ilaallatu deebii quubsaa kaahuu qaba. Gara fuulduraatti lubbuun namaa akka hinbaane gochuu barbaachisa

  • @rahimarahima1991
    @rahimarahima1991 ปีที่แล้ว

    Malo haxirii iti haxiraa horiifi Da.immanii bayee midhamuu haxiraa

  • @Nurewa
    @Nurewa 4 หลายเดือนก่อน

    Maàti namoni irraa du'anif jajjaabina hawinaf

  • @bantumuae8404
    @bantumuae8404 ปีที่แล้ว

    Subanalhaa 😢😢😢😢😢❤

  • @amina7304
    @amina7304 ปีที่แล้ว

    Subahana alhaa 😢😢😢😢

  • @SaafiyaaMumeetaarree
    @SaafiyaaMumeetaarree 2 หลายเดือนก่อน

    Alhaamduuliilaahi,Rabiilaalamin

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 ปีที่แล้ว +3

    Inaa lillaahi waa inaa illeehi raji'uni 😢😢😢😢😢

  • @mashama2014
    @mashama2014 ปีที่แล้ว

    سبحان الله 😢😢😢😢😢😢