ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Barsiifnikee heddu natti tolee jira.Afaan Amariffaan yeroo barsiiftu sihordofaan ture.amma garuu Afaan Oromoon ta'unsaa heddu na gammachiseera.Maaloo Dhiifama waliin Hennaa(Tense) Nuuf hojjedhamee.
Dhugaa baay'ee gaariidha akkanumaan itti fufaa!Sagantaa afaan Amaariffaatin dhiyyeessitan hundaa hordofeera baay'een itti gammade.በጣም ተደስቻለሁ።
Wowowow dhugaa afaan oromoo barsisuu jalqabun kessani bayee nati tolee jabadhaa
Wawoo afaan Oromon nuuf fidde jabadhu ❤❤🎉🎉
Wow baay'ee baay'ee namatti tola Barsiisaa niguus waaqayyoo uumurii dheeraa siif haa kennuu waaqayyoo
Tnx 🙏 teachers gallattomii dhugaa wan garidha era barachittii jira
መምህር ንጉሥ፥እውነትም ንጉሥ ነህ። የቋንቋ ተክህኖ ያለህ ነህ። አማረኛ ፥ እንግሊዘኛ ፥ ፍራንሳይኛ እና ኦሮምኞ ቋንቋዎችን ማወቅ በጣም ግሩም ነው። Wonderful !! I admire you.
ዋው ቲቸርንጉሥ አረ አንተስ ተባረክ
9:44
Oohhhhh Teacher bayyee gamaddeeraa Afaan Oromoo bektuu hinsenne. Realy am proud of you my best teacher.
😂❤🎉❤
Good😅❤❤
Nice to me te you too
Wow thanks
Hello teacher Amezing really ❤ thanks so much ❤️🙏
Wow very nice God bless you 🙏
Haallii atii ibsiituu baay'ee namatti tola.Galatoomaa.
First Baressuu fi dubissuu ta,e baay'ee barbada dha 🙏teacher ♥
WOW! You are amazing!God bless you
Wow teacher nugus bayee sirra baraata jiraa gaalatoomii ❤
❤❤❤bayeen gamadde dhuga ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowo barsisa koo heddu sii jaladha galatommi ati afaan oromo qulqulu dubbata waqqin sii haa ebbisu umuri dheradhuu😍😘
Teacher Nigus you are really unique, go ahead my boss, I really love the way you do it, thank you real, God Bless you Barsiisaa keenyaa hedduu galatoom, umurii nuuf dheeradhu!!!
Wow amazing thank so much teacher Nuguse
Wowwww Amazing thanks so much teacher Nuguse
Barsiisaa keenya guddaa nuuf galatoomi! Jajjabaadhu barumsa baay'ee namatti toluu jalqabdetta ittuma fufii.
Barsiisa baay,ee galatoomaa isinitti gammadeera.
ዋውዋው ቲቸር ንጉስ የረሳሁትን የሃረር ኦሮመኛ አስታወስከኝ በጣም ነው ደስ ያለኝ ቀጥልበት።
ኦሮሞ ኔሺ
Thanks you teacher 😘 ❤
👍👍👍🥰🥰
Teacher nigus you are highly talented. I appreciate your effort to e your people.God bless you and keep up the good work
Thank you very much.
Good👍💚❤️
Utuu anfaan oromti jalati nuufi baaresite xuuru tuure barsisa
እውነት ለመናገር ያስቀናል የተለያዩ ቆንቆዎች መናገር መታደል ነው! አሮምኛውንም አስተምረን ቲቸርዬ
Oh my god baye bareda very good your teacher❤❤
Wawoo bayee gamadee afani ingilshi hin bekuu amarifasi hin bekuu nani bara garuu abidin qaba❤❤❤❤❤
it is very necessary to teach Afaan Oromo just like this.Add it up
Www hojii gaariidhaa teacher itti fufii❤
ዋውውው ቲቸር በጣም ነው የምናደንቅህኦሮምኛ ለማወቅ ካለኝ ናፍቆት የተነሳ እጂግ በጣም ደስ ብሎኛል በዛም ኦሮምኛ ስትናገር ትኩረት አደርጋለሁ
No🙅♂️🙅♀️🙅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊
Wow good job teacher keep it up
Teacher nigus you are highly talented god bless you we teacher thanks
♥️♥️♥️♥️♥️
Impressive keep it up 🙏🙏🙏🙏
Dhugaa baayyee namati tolaa barumsa Gaariidhaa galatoomaa
ittii nuu fufaa Teacher bayeen siin kabajaa bayee gamadee Afaan oromoodhaa nuu jamaruu kesanii peles ittii nuu dabala❤❤❤❤❤❤
Wooww. Galatomii..dhugaa..🙏🙏🙏🙏
MashaAllah afaan oromiffan ni barsistu 😍
Maasha allah baayye namati tola❤❤
Ebifamaaaaa dacha
Hayyee,Baga Nagayaan dhuftan Barsiisaa,Nugusuu !
Wowww galatomaa barsisaa ❤️😍..
❤❤❤❤❤❤❤🎉 ዋው
Waw galatoommaa teacher
Galtoomi ❤🙏
wow..
Barsisaa hedduu tokko natti tolaa jiraa akkanumaa itti nuf fufaa afaannoromottim ♥️♥️✅
Baayyee namatti tola jabaadhu akkana nu fayyaduutti jirtaa
Nu jiradhaa teacher baay'ee nuti tolee ❤❤❤❤❤❤❤
Guudaa Galltomii 😍
Woww bayee galatomaa barsisaa
Wooow it's very fantastic keep it's up
wowow I love very much teacher nigus
Wwwww Theku dhugaa bayyee Namaatii tollaa ittee Nufii fufaa piles 😊
Jabdhuu ticher
wow your Amazing god bless you
Baay ee namatti tollaa jabdhaaa
Teacher Thank you very much. God bless you 🙏
Baayyee namatti tola dhugaa 🙏
Wow teacher I am very happy Thanks .
baayee galatomi. God bless you. You are international person.
Waw barsisaa bayy'ee galaatomi❤️
Barasisa cima
Wwwoooo bayee galtumaa waanii bayee issin erraa bardhee🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤ bayeen gamadde barsiisa guddaa galtoomaa ❤❤❤❤❤
I didn't know that you speak this fluent. Good for you! keep it up!
I think you know a guy!
Guddaa galatoomaa bayye namatti tola
Beeksosa nu barsisaa, Mana sireeMana nyaataaMana dhuhaatiiWaajkora qonnaa,Waajjira gayyaa,Waajjira spoort>...
Thank you teacher nuguse❤❤❤❤
Thank you teacher Niguse Very best learning life of new generation!!!!!
Woowwww barsiisa guddaa galaatoma umrii dheera nuuf jiraadha
Big respect teacher thank you
Wwwwwwwwww afaan Oromoo 🎉🎉
Wow barisisaa bayee galaatoma horraa bula 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍😍
❤
❤❤❤❤❤100/
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤
Woow baayye namatti tolaa barsiisa Afaan Oromootin itti nuuf dabalaa galatoomaa
Galatoomi, kuni waan saba keenya fayyadu dha!
❤❤❤
Wow dhugaa afaan oromoo hin dandeessa nutii hin fakkaane garuu isiin hordofaan turee garuu ittii nu fufaa barsiisaa keenya isiin jalaana!!
Wow god bless you
teachers bayee namti tola barumsa gudda iraa barscha jira galatoma❤❤❤
Baayee gaariidha .nama tola barnoonni kee barsiisaa .guddaa galatoomaa❤❤❤❤
Bayyeee natti tolee
Wawooooooo baay"ee namatti tola
Woww baye namati tola jabadhaa
Galatoomi baaye natitoleraa itifufii
Afaan Oromoo wajin jabadhu iti fufii
Bayyee namatii tolaa galatomaa barsisaa kenyaa 🙏🙏🙏
Wow Haalli barsiisaa baayyee natti toleera galatoomi
What a surprise, teacher!
በጣም ጣሩ ትምህርት ነው እናማሳኄናሊን❤❤❤❤❤
Essaa badan ree barasisaa❤❤❤🎉
Ticher Affan oromoo betii hinsene tankyoo cook
Dhugaa dha garuu kun dr. Nugusii yiiMaaliifan si hin hordofne dokotoora koo Duraan afaan oromoo waan beektu se'aa hin turre uuuuuuuuyi duraanuu bayyeen sijaalladha hammammo akkan ittu si jaalladhu na godhe Doktorko anaan beeka akkana qabaachuun keenya baayye nama gammachiisa Seeraan barsiisuu dandeessa ati Afaan maariffa afaan biyyaalessa itiophiyaatiin yaroo barsiisaa turtrtti si hordofaan ture garuu waan amaariffa sirriitti hin beekneef fayyadama ta'uu hin dandeenye
Afanoromoo, taussa,baayyee nagamachissee😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowwwwwwwwwww 💞💞💞💞💞💞💯💯💯💯💯💯💯
Good jap. ❤👍🧡🧡🧡💛💛💛💚💚💚💙💙💙🩵🩵🩵💜💜💜🤎🤎🤎🖤🖤🖤🩶🩶🩶🤍🤍🤍💯💯💯👍👍👍👈
Nici to meet you techer
Thanks my brother 🙏🏼
Waawoo wan bayye irraa baradha jiraa ebifamaa
Marsaalee itii Annan fidaa marsa 5faa
Teacher bayy'ee sii galateffanna ammas jabaadhu itti nuu fufi
Galatomaa teacher bayyee namaati tolaa barumsii keesaani
Barsiifnikee heddu natti tolee jira.Afaan Amariffaan yeroo barsiiftu sihordofaan ture.amma garuu Afaan Oromoon ta'unsaa heddu na gammachiseera.Maaloo Dhiifama waliin Hennaa(Tense) Nuuf hojjedhamee.
Dhugaa baay'ee gaariidha akkanumaan itti fufaa!
Sagantaa afaan Amaariffaatin dhiyyeessitan hundaa hordofeera baay'een itti gammade.በጣም ተደስቻለሁ።
Wowowow dhugaa afaan oromoo barsisuu jalqabun kessani bayee nati tolee jabadhaa
Wawoo afaan Oromon nuuf fidde jabadhu ❤❤🎉🎉
Wow baay'ee baay'ee namatti tola Barsiisaa niguus waaqayyoo uumurii dheeraa siif haa kennuu waaqayyoo
Tnx 🙏 teachers gallattomii dhugaa wan garidha era barachittii jira
መምህር ንጉሥ፥
እውነትም ንጉሥ ነህ። የቋንቋ ተክህኖ ያለህ ነህ። አማረኛ ፥ እንግሊዘኛ ፥ ፍራንሳይኛ እና ኦሮምኞ ቋንቋዎችን ማወቅ በጣም ግሩም ነው። Wonderful !! I admire you.
ዋው ቲቸርንጉሥ አረ አንተስ ተባረክ
9:44
Oohhhhh Teacher bayyee gamaddeeraa Afaan Oromoo bektuu hinsenne. Realy am proud of you my best teacher.
😂❤🎉❤
Good😅❤❤
Nice to me te you too
Wow thanks
Hello teacher Amezing really ❤ thanks so much ❤️🙏
Wow very nice God bless you 🙏
Haallii atii ibsiituu baay'ee namatti tola.Galatoomaa.
First Baressuu fi dubissuu ta,e baay'ee barbada dha 🙏teacher ♥
WOW! You are amazing!
God bless you
Wow teacher nugus bayee sirra baraata jiraa gaalatoomii ❤
❤❤❤bayeen gamadde dhuga ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wowo barsisa koo heddu sii jaladha galatommi ati afaan oromo qulqulu dubbata waqqin sii haa ebbisu umuri dheradhuu😍😘
Teacher Nigus you are really unique, go ahead my boss, I really love the way you do it, thank you real, God Bless you Barsiisaa keenyaa hedduu galatoom, umurii nuuf dheeradhu!!!
Wow amazing thank so much teacher Nuguse
Wowwww Amazing thanks so much teacher Nuguse
Barsiisaa keenya guddaa nuuf galatoomi! Jajjabaadhu barumsa baay'ee namatti toluu jalqabdetta ittuma fufii.
Barsiisa baay,ee galatoomaa isinitti gammadeera.
ዋውዋው ቲቸር ንጉስ የረሳሁትን የሃረር ኦሮመኛ አስታወስከኝ በጣም ነው ደስ ያለኝ ቀጥልበት።
ኦሮሞ ኔሺ
Thanks you teacher 😘 ❤
👍👍👍🥰🥰
Teacher nigus you are highly talented. I appreciate your effort to e your people.
God bless you and keep up the good work
Thank you very much.
Good👍💚❤️
Utuu anfaan oromti jalati nuufi baaresite xuuru tuure barsisa
እውነት ለመናገር ያስቀናል የተለያዩ ቆንቆዎች መናገር መታደል ነው! አሮምኛውንም አስተምረን ቲቸርዬ
Oh my god baye bareda very good your teacher❤❤
Wawoo bayee gamadee afani ingilshi hin bekuu amarifasi hin bekuu nani bara garuu abidin qaba❤❤❤❤❤
it is very necessary to teach Afaan Oromo just like this.Add it up
Www hojii gaariidhaa teacher itti fufii❤
ዋውውው ቲቸር በጣም ነው የምናደንቅህ
ኦሮምኛ ለማወቅ ካለኝ ናፍቆት የተነሳ እጂግ በጣም ደስ ብሎኛል በዛም ኦሮምኛ ስትናገር ትኩረት አደርጋለሁ
No🙅♂️🙅♀️🙅
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊
Wow good job teacher keep it up
Teacher nigus you are highly talented god bless you we teacher thanks
♥️♥️♥️♥️♥️
Impressive keep it up 🙏🙏🙏🙏
Dhugaa baayyee namati tolaa barumsa Gaariidhaa galatoomaa
ittii nuu fufaa Teacher bayeen siin kabajaa bayee gamadee Afaan oromoodhaa nuu jamaruu kesanii peles ittii nuu dabala❤❤❤❤❤❤
Wooww. Galatomii..dhugaa..🙏🙏🙏🙏
MashaAllah afaan oromiffan ni barsistu 😍
Maasha allah baayye namati tola❤❤
Ebifamaaaaa dacha
Hayyee,Baga Nagayaan dhuftan Barsiisaa,Nugusuu !
Wowww galatomaa barsisaa ❤️😍..
❤❤❤❤❤❤❤🎉 ዋው
Waw galatoommaa teacher
Galtoomi ❤🙏
wow..
Barsisaa hedduu tokko natti tolaa jiraa akkanumaa itti nuf fufaa afaannoromottim ♥️♥️✅
Baayyee namatti tola jabaadhu akkana nu fayyaduutti jirtaa
Nu jiradhaa teacher baay'ee nuti tolee ❤❤❤❤❤❤❤
Guudaa Galltomii 😍
Woww bayee galatomaa barsisaa
Wooow it's very fantastic keep it's up
wowow I love very much teacher nigus
Wwwww Theku dhugaa bayyee Namaatii tollaa ittee Nufii fufaa piles 😊
Jabdhuu ticher
wow your Amazing god bless you
Baay ee namatti tollaa jabdhaaa
Teacher Thank you very much. God bless you 🙏
Baayyee namatti tola dhugaa 🙏
Wow teacher I am very happy
Thanks .
baayee galatomi. God bless you. You are international person.
Waw barsisaa bayy'ee galaatomi❤️
Barasisa cima
Wwwoooo bayee galtumaa waanii bayee issin erraa bardhee🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤ bayeen gamadde barsiisa guddaa galtoomaa ❤❤❤❤❤
I didn't know that you speak this fluent. Good for you! keep it up!
I think you know a guy!
Guddaa galatoomaa bayye namatti tola
Beeksosa nu barsisaa,
Mana siree
Mana nyaataa
Mana dhuhaatii
Waajkora qonnaa,
Waajjira gayyaa,
Waajjira spoort>...
Thank you teacher nuguse❤❤❤❤
Thank you teacher Niguse Very best learning life of new generation!!!!!
Woowwww barsiisa guddaa galaatoma umrii dheera nuuf jiraadha
Big respect teacher thank you
Wwwwwwwwww afaan Oromoo 🎉🎉
Wow barisisaa bayee galaatoma horraa bula 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍😍
❤
❤❤❤❤❤100/
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤
Woow baayye namatti tolaa barsiisa Afaan Oromootin itti nuuf dabalaa galatoomaa
Galatoomi, kuni waan saba keenya fayyadu dha!
❤❤❤
Wow dhugaa afaan oromoo hin dandeessa nutii hin fakkaane garuu isiin hordofaan turee garuu ittii nu fufaa barsiisaa keenya isiin jalaana!!
Wow god bless you
teachers bayee namti tola barumsa gudda iraa barscha jira galatoma❤❤❤
Baayee gaariidha .nama tola barnoonni kee barsiisaa .guddaa galatoomaa❤❤❤❤
Bayyeee natti tolee
Wawooooooo baay"ee namatti tola
Woww baye namati tola jabadhaa
Galatoomi baaye natitoleraa itifufii
Afaan Oromoo wajin jabadhu iti fufii
Bayyee namatii tolaa galatomaa barsisaa kenyaa 🙏🙏🙏
Wow
Haalli barsiisaa baayyee natti toleera galatoomi
What a surprise, teacher!
በጣም ጣሩ ትምህርት ነው እናማሳኄናሊን❤❤❤❤❤
Essaa badan ree barasisaa❤❤❤🎉
Ticher Affan oromoo betii hinsene tankyoo cook
Dhugaa dha garuu kun dr. Nugusii yii
Maaliifan si hin hordofne dokotoora koo
Duraan afaan oromoo waan beektu se'aa hin turre uuuuuuuuyi duraanuu bayyeen sijaalladha hammammo akkan ittu si jaalladhu na godhe
Doktorko anaan beeka akkana qabaachuun keenya baayye nama gammachiisa
Seeraan barsiisuu dandeessa ati
Afaan maariffa afaan biyyaalessa itiophiyaatiin yaroo barsiisaa turtrtti si hordofaan ture garuu waan amaariffa sirriitti hin beekneef fayyadama ta'uu hin dandeenye