Anani sareeko mal garaa nama nyatii maloo uufff yaa jirenyuma lafaraa kanara isa kanif mijata isa kanif siqahi ayiizo sareeko guyyaan dukkanoftun kun darbite guyyaan ati ifaa argite jirenyaa kanaraa jijiramte guyaan nama tatu ni dhufte jabduko jabadhu❤❤❤❤
Gafaan Dhagefaadhu imimman qabachuun dadhabbe😢😢😢 Dr Nafyad Galatoomi Bayy'ee Si jaalan waaqayyoo Umurii kee nuuf haa Dheerressuu❤
😢😢
Galaatoomaa
Gaffii qaba mee d//naafi ✋
Dr.galatoomi
😢😢😢😢😢
አማርኛ ብትውሩ ሁሉም ሰው ትምርት የሆን በጣም ጣነካረ ልጅ ነው እግዚአብሔር የስድግ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰ሚስኪን 🥺🥺🥺🥺🥺
Gurbaan kun dhumnisaa nama jabaa fi doreesa aka tahu hawwii kooti nitahas insha'allah 😢
Uuuuffff Dr..🙏Ebbifamaa Waaqayyoo siin haa Ebbisuu dhugaa Rabbii baayyee garaa nama nyaata 😭😍😍🙏🙏
Garagararu Barabadaa maloo ijoleee kanaa ❤❤❤
Dhugaa baaye nama gadisiisa Dr. Baaye galatoom ijoollee kaniin biraa akka nuuf dhaabatan gara qaamota birootis nuuf dhiheessi, nuuf jajabeessi galatoom baaye kuni waan Rabbin sirraa jaalatu nuuf dhiheessite ❤❤❤❤🙏 Namoonni akka keeti osoo deemani ijoole taniin bira osoo dhaabatani Jedha.
Qabenyaa Oromoo Dr Naf Yaad galatoomi ❤
Qaxalewaanko umurii dheraa jiradhaa❤
Anii kiraa manaa waggaa tokkoo irraa kamala naa dubbisaa❤❤❤❤
Rabbii isaa haa gudisuu. Jabadhuu baradhuu namani baratee lafa hin baduu ❤❤❤❤❤❤
Waayyii Baayyee Garaa Namaa Hamesaa Dhugaa Nin Bo'ee 😢😢Dr Nafiyad Atii Namaa Gudadhaa 🙏 Abdiiyee Raabbii Bakkaa Guddaan Sihaagahu Gudadhuu Mucaa Cimadhaa Borruu Bakkaa guddaa Gessaa Inshaa Allah ❤❤❤
Yaa rabii koo kunii jirenyaa kotii
Bayee namaa gadisissaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮😢😢😢😢😢😢OMG
Anii ilnii Ababa fi hadhaa hin qabuuuuuu😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤uuuuuffff 😮
👉☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️😭😭😭😢😢😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😭😭😭😢😭😭😭😭
Emmii waqqayyoo siha
Ebbisuu kan gochuu keetii baay,ee nati dhagamhee dhugaa dubachuuf😭😭😭😭 jabadhu ammayyu inni si ummee singatuu
አንዳዴም በአማርኛ በስራ ጥሩ ነው እኔ በግሌ ከምታሳየዉ ነገር ብቻ ነው አይቼህ ምወጣው ኦሮሞኛ አልችልም ለማወቅ እሞክራለሁ አንድ ቀን ኦሮምኛ አንድ ቀን አማረኛ ቢሆን ጥሩ ነው ብዬ ነው ለአንተም ተከታታይ ይኖርካል በተረፈ ጥሩ ነው አብሶ ከቤተሰብ ጋር ያደረከው በአማርኛ ቢደገም አሪፍ ነው በተረፈ የምሰራው ስራ በጣም ጥሩ ነው በርታ ከዚህ የተሻለ መስራት ትችላለህ አቅም አለህ በርታ😘🙏
የ13 ዓመት ልጅ ነው አባቱ ከሞተ በኋላ ከእናቱ ሌላ ስታገባ ከቤት ከወጣ 7 አመቱ ነው እናቱ ና ብትለውም ካለው ጫና የተነሳ መመለስ አልፈለገም ጎዳና እያደር ማስቴካ ሶፍት እየሸጠ ይማራል ከዛ መሀል ይሄ ልጅ አግኝቶት እያገዘው ይገኛል ደስ እሚለው ምንም አይነት ሱስ የለበትም በጣም በሳልና በጣም የእውቀት ሰው ነው አሁን ቤት ተከራይተውለት ብቻውን እየኖረ ነው
Dhugaa senaa baay'ee garaa namaa nyatuu 😭😭 Dr Ebbifamii waaqayyoo sii haa ebbisuu
He is my hero I learn lot of thing from him big respect ❤❤🙏🙏
Dhugadhaa bayyee namati tolaa rabbii sii haa ilaaluu obblessaa fayyaa 👍👍👍
Naafiikoo big respect i can't 😢maloo nan gargaara esani gargaaruu 😢
❤
Uuuuuy waqayyoo saa ebbisuu dhugaa qaxalee koo jabadhu
Rabbii isa haa guddisuu mashallah sammuun gaariin ilaalcha waliqixxummaa maddisiisa
Dhugaa imimaan qabachuu dadhabee yoo dhagefuu goftaan lafaa yaade si ga'a jabadhuu
😢😢😢😢😢 Ayyii bayee namaa gadisisaa dhugaa maloo garigaraa adaraa kesani❤❤❤❤❤
he is a brilliant, committed, and dedicated child. Dr. God bless you, team cultural dancing organizer you are a hero for all. Emi @#1
Senaa Garaa nama nyaatu😢😢
Waqayyoo goftaan sin Haa gudisuu❤
Artin ykn shubifnii ijolee kana Akumaa Soraa kiyyati😢😢😭
WOW!Dr.dhugaadha baayyee sii jaallanna nama jabaa akkasii dawwachuu keef GOD Bless you
Yaa waaqayyoo Koo ati sabaa Koo yaadadhumee ❤❤❤
Naafyaad keessaan na qunnami ykn akkaataan ittiin si qunnamu daandii naaf bani thank you 🙏
❤❤❤❤Nuu jiraadhu Heemii Namnni mullata qabuu akkakee nuuf haa baayyatu sabaabnni Lafaa kahuu mucaa kanaa goofttaa gaditti sidha,sabaabnni isaas Situu mucaa kana ofitti qabee haalanni keessa jiru keessatti,nuu jiraadhu baayyee SI jaallanna dhugaa.Doktr Atillee nuu jiradhuu Tolee jette mana mucaa kanatti waan hargamtteef❤❤❤❤❤
Yeroo dhagefadhuu imimman qabachuu dadhabbe 😢😢 Dr nafyad Galatoomi Bayy'ee si jaalan waqqayyoo umrii Kee nuuf haa dheerressuu
ዶ/ር እናመሰግናለን በጣም በቅርብ አቀው ነበር በጣም የሚገርም ልጅ ነው ማረግ ከፈለገ ያረጋል ከ3 አመት ፊት ነበር እዛ የማቀው በስራ ምክንያት እርቄ ነው ።
ስላየከው በጣም ደስ ብሎኛል🙏🙏🙏
Wooww Dr. Immiimmaan qabachuun dadhaabeem. Jiruun koo ani dabarsee fi mucaan kun dabarsee wal natti fakkaatee .waaqayyoon karaa qabaa. Gid bless you.
ልብ ይስብራል
አይዛክ ትልቅ ደርጃ ትደርሳልክ የእኔ ትንሺ ልጅ 😢❤
Galatommii Dr Anillee mucaa kana biraa dhabaachuu keef Waqaayyo Amayyu isaa gargaaruu hedduu garaa namaa nyaataa uuuffee❤😢😢
Rabii biraa Haa jiratuu ishaa Allaaha 😢😢 Bagumaa dhiraa tatee osoo 😢😢😢
Bayye nama Gaddisisa wlhi Rabbi haalaffisuuf takkalle...
ምርጥ ሰዉ ዶክታር ናፊ ያ ጌቱ ❤❤❤❤
Galatomii Dr ❤❤❤❤
Uff abe
Dr galaatomi
❤❤
Baay'ee natti dhaga'ame dhugaa! Yaa biyya lafaa.... I appreciate this interview!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Yaa rabbi umrii kanaa akkatii rakkatee rabbuman bakkaa gudaan siin Haa gahuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr. Nafyad hojii bareeda eegalte kana jabeessi itti fufi jabaadhu guddaa galatoomi
Waqaayo gooftaan sii haa guddisuu obbolleessa keenyaa ❤
❤❤Gaalatomii Docrt atii❤❤
Waqayyoo senaa nama jijiraa waqayyoo idoo gudaa saa gahuu kichuu koo imiman qabachuu dadhabee yaa Abbaa oso Abban jiratee hatii keetii sii gatee demtuu Abbaan utubadhaa yaa Abbaa koo 😭😭😭😭😭😭😭
የት አሌ አካዉንቱ የአቅማችንን እንሪዳዉ ዶክቴር አካዉንቱን አስቀምጥ ኮመንት ላይ 😢😢😢😢
Personal I learnt alot, wali gargaaru ni adda kenyaa jabadha walii haa jabeessiinu
sorressi yoom bartee bakkaa gahee ?!ijoollen hiyyessa gaaru❤guddadhu ammille bakkaa gaarii waqqayyo siin haa gaahu 🎉dhiraa jechuun akkaan🎉
😂😂😂😂😂😅
Wow mashaa Allah bay'ee namaa gadisissa senaan daa'imaa kanna ta'uus akka bakaa gudaa gahuu nan amanaa isinis galatomaa
Rabbiin sii haa gudissuu inshaa Allah 👆
Uuuuufffff bayye na bochisee
Galatomii dr❤️❤️
Akkamiin gargaruu dandenyaa 😢😢
yaa dr Nafyaad Rabbiin umrii sihaadheressu hamtuu sittihaqabu
የኔ ወንድም እኔም በተመሳሳይ ህይወት ውስጥ ነው ያሳለፍኩት ፈጣሪ ይጠብቃችሁ
dhugaa heduu garaa namaa nyaata uufee ilmoon dhiraa Abbadhumaf haadhan tolte turee😢😢😢❤
Maashaallah Emii hedduu galatoomii ❤❤❤
Anani sareeko mal garaa nama nyatii maloo uufff yaa jirenyuma lafaraa kanara isa kanif mijata isa kanif siqahi ayiizo sareeko guyyaan dukkanoftun kun darbite guyyaan ati ifaa argite jirenyaa kanaraa jijiramte guyaan nama tatu ni dhufte jabduko jabadhu❤❤❤❤
Proud of you man 👨
Ilma biyyaa 💪💪💪
Waqayyoo si ha ebisuu si ha garigaruu ❤❤🎉❤🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤
ኡፍፍፍ አጀቴ ተላወሰ የኔ ውድ እኔ ልንከራተትልህ😢😢😢
Dhugaa dachen tun Kani gute kan akkas goti 😭😭😭😊😊
Tnks DC☝️🙏
Imimmaan koo qabachu dadhabe waaqa gafuma ilalaan nama marara rabbii 😢😢😢
Wooow waqqaayoo saa guddisuu hadhokoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqayyoo si'aa Eebbisuu!❤❤❤❤
Dr nafyad nuf jiraadhu dhugaa umurii nuf dheraadhuu
DR God Bless you and your family ❤❤❤❤
Waqaayyoo sii haa ebbisuu Dr umurii dheraa jiradhaa
Yaa waqaayyoo Atii mucaa kan Gargarii!!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Dr naafyaad geetuu 💔 💔 😢
Qalbii kootuu naacabee
Mucaa kana nan gargara waaqa 😢😢😢😢😢😢
ወይኔ ሆዴ ተንሰፈሰፈ 😢😢😢😢😢😢ፈጣሪ ሆይ ለብቻቸው የምኖሩት ህፃናትን ይርዳልን🙏🙏🙏
Wowowo wowowo 👍
ያረቢየቤተሰብመለያየት ስቃይ😢😢😢
Bayessa seena ajahibbatti. Amoo Atis seena hojetta jirta jabadhuu
❤❤❤ baay'ee tokko hojii boniisaa hojjacha jirtaa sanyii koo ❤🎉🎉
wow amazing good job ❤
Uuuff😭😭😭waqayyo sihaa gudisuu jabduu koooo❤️❤️❤️❤️
Mashaallaah ❤❤❤❤❤❤🎉
Jabadhaa akkasitii waltumsuun namaa bonsaa.
Rabbii sirraa haa jalaattuu doctor keenna ❤
Dr waqayoo saa ebbisuu ebbifama hunddii keesaan 🙏 dhugaa Kuni waan ajayibaati
God bless you our doctor❤🙏
Galatoomi Dr! Guddadhu gurbaa !
😢😢😢😢😢😢😢😢የምለውጠፋኝ በእባ ነውየጨረስኩት❤❤❤❤❤
Uuuuffffiiiii hadhoo koo cimaa waqayyoo sii ebissee saa gudisuu senaa kee siraa yaa jijiruu jajabaa ilmaa❤❤❤❤❤
Wow oromoo Koo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Rabbiin bakkan siiyaa gaayuu ishaa allaa
❤and ❤❤❤❤❤❤❤❤mashalla
Doc Nafyad We proud of long live
❤❤Dr garaa nama nyaata dhugaa waan nuuf qooddaniif guddaa galatoomaa hundumti keessan warri naqamtee!
Dr waqayyoo umurii dheraa sinif haa kennuu nuuf jiraadhaa bayy'ee siin jalaana🙏🙏🙏😘😘😘😘😘😘😘💞💞💞💞💞💞♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Mashalaaa❤❤❤❤❤❤❤
Uuuufff yene abet bayee garaa nama nyataa waqaa😢❤ maloo
ሱበሀን አላህ በጣም ያሳዝናል በዚ ልጅነት እየን ሁሉ ነገር ማየት በጣም ይከብዳል ጥንካሬዉን ሳላደንቅ አላልፍም ማሻ አላህ ጎዳና ላይ ሁኖ ለትምህርት ያለዉ ቦታ ነገ ትልቅ ደረጃ ይደርሳል አካዉንቱን አስቀምጡ
Garaa nanyaata dhugaa rabbi..
My hero❤❤❤❤❤galatommi 😢😢😢❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
Galatoomi dhugaa
@@KenbonKebe.A ulfadhuu
Galatoomi lammiikoo Dr naafyaadi
❤❤❤hayuni. Koo uuuuuufffff imimana qabachu dadhabe. Wlyi
Maashaallaaa 😢😢😢😢❤
የነቀምቴ ልጆች አለንልህ አይዞህ
ተባረኩ አይዞህ ማለት ትልቅ ነገር ነው
የኔ ውድ ልጅ ፈጣር ያሰድግ አይዞህን
Dr.Naafyaadi fi AM hedduu galatooma.guyyaa ayyaana kanaan sammuu isaanii bashanansiisuu keessaniif namoonni akka gargaaraniifi yaamicha obbolummaa godhu keessaniif.ijoolleen akka kanaa magaalota Oromiyaa guutuu keessa jiru.kanaaf yaa ilmaan oromoo bakkayyuu jirtan ijoolle akka kanaaf bira haa dhaabannu daandii irraa haa kaafnu kun yaamicha obbolummaati
አንድ ሰው እሆንን ጠንካራ ልጅ ከራሱ ልጅ ጋር ቀላቅሎ የሚያሳድግ ይጥፍ ወላሂ ሀረር ቢሆን እኔ አሳድገው ነበር
😢😢😢😢😢😢 ayii Abshirii sifii jiraa jabaadhu bayee nama gadisisaa
ዶክቶር ናፍ ዓመት ኑርልን ❤❤❤❤
Baayye galatoomii Dr ilmi guddatee lammisatii you tau baayye namatti tola.
Oromo 🙏🙏🙏🙏❤️❤️💯
Bayyee na bochise😢 garaa na nyate dhugaa dubachuf Bayyeeeen sin galatefadha 🙏❤️❤️💯
Could it be possible to persuade him so that he can live with his mom? He's minor to live by himself or somebody take him and adopt
Bayee namaa gadisisaaa dhugaa ..ebifamaa dhugaa