Yesuus kuristos nama guutuudha waaqa guutuudhas kan inni dhalateef fedhaa fooni Isa ilmaan namaa ajjeese ijaaruuf osoo hin taane ilmaan namootaa warra du'aniif du'ee isaan immoo du'a oolchuuf dhalate nama ta'ee dhalachuun isaa immoo ogummaa waaqayyummaa isaatin!
Dhugadh..kedha.doqe fanntu.nama.xuresaa.jedhu.hudu.dhiqacha.hollu.ofiirrtti.alabu.jari.kuuni.jamadha isanni.qurani.isaani.fonini.barisisu.😹😁🙌yesusu kenya. Karadha.jirenyaa❤🎉😅
Mee yeroo takka Allahmdulillahi jedhii Rabbiin islaammumaa nuf keenu keenyaf ❤
Alhamduulillha Alhamduulillha Alhamduulillha ❤❤❤
Wlhi alhamdulilaa
dura sagaletuu turee sagalichis bishaniraa bufatee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂
Jajabaadh shekolen isllaam Hun di kessan Rabi isin haqarqaru
الحمد لله على نعمة الإسلام يا الربلعالمين
Rabbin jara ha qajeelchu
Alhamdulilah Yaa Rabbii Galanii Kee hin dhumuu kan muslimaa na gottee❤❤❤❤❤❤☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲
❤❤❤❤❤❤
Waaqayyo inni guddaan dhifama siif haa godhuu gaaffii kee cima miti Yesus Kiristoos yeroo dhalatu namaa kan ta'e dhalachuuf ati gaafa dhalatu abbaan kee fi haati kee ni beekamu akkasumas yesus kristos gaafa dhalatu maariyam irraa dhalatus qaama irraa dhalate mariyam namaa namaa ta'e cubbuu ilmaan nama irraa fudhuuf mariyami irraa dhalate namaa guutuu kan jedhamu yoo abbaa fi haati wal bira ga'anii dhalatedhaa kuni immoo abbaa mana mariyam macaafni hin dubatu yesus immoo mariyam iirraa ajaja waaqayyottiin karaa Hafuura Qulqulluu dhalate jedhaa egga mormiif yoo ta'ee malee dhugaa beekuuf tanaan akkuma mariyam da'uu ishee hubate enyuuf deesse hubachuuf yaali ykn beekumsa amantattin qabamte osoo gowwuma Amantiittin mootummaa Waaqayyoo galuu qabduu mormitti akka ibidaati hin galee bideenna kee sii irraa fudhachuuf miti mormichi obboleessa keenya ati dandii dhugaa barii karaan,dhugaan,jireenyi Yesus kristos anaan malee homtinuu gara abbaa\Waaqayyo\hin dhufu jedhaa(Yoh 14;6,1Xim 2:5)namni namaa ta'e dhalate hundinu abbaa qaba Yesus Abbaan isaa Waaqayyo dha.galatomi ijaa jabumaan Waaqayyon Wali hin loliin ergaa enyuu sitti hasa'a akka jiruus qulqulleeffadhu!Waaqayyo guddaan sitti haa Araaramuu!
yesusi Muslim dha malo in gabarini Adama dhafii fi Abah in qabu
Yesus Musilima Kan jedhu Ragaa isaa Nuuf kenni !! Abraham,Museenis Musilima kan jedhu Ragaa isaa nutti Himi hamma Brother Suraha isaa qofa Nuuf ergi in dubbifannaa nuti
Gaafa abba maale dhaalate jeete issan waaqa jeetu inni issa abbaf hadha maale dhaalate naabi adamitti maaf hin amatuu obbolesaa koo
Yusus ajaja waqayotin dhalate hafura qulqulurra hoggu jettu yusus waaqa jetta inni immo akka dhalatu ajajes waaqa waaqni keessan meeqa laata
Yusus ajaja waqayotin dhalate hafura qulqulurra hoggu jettu yusus waaqa jetta inni immo akka dhalatu ajajes waaqa waaqni keessan meeqa laata
Namaa ta,ee haa dhalatuuyyuu malee atiiyyuu inni sii ummee yesusi kirtoossiinni maalummaa isaa qoorattee biraa gahuu hin dandeessuu baraa jireenyaa guutuu fi jaroota sitti lakkoofsisaa malee guddummaa waqqayyoo baruu hin dandeessaa iyesusi gooftaadhumaa jalaatussii jibbituussi
Alaafa fi omeegaadha.
Ijjoollee kiristaanoota iyyasus karadha dhugaadha jireenya hafuura qulqulludhan durbee maaramirra nuufdhalate cubbuu keenya Sasaba ate qaraniyoorratti nuufannifame kanafidha maqaa Iyesusin kan dinqiin tahaa jiru
Ergaa fanifame enu isini jiraachisaa jiraa eee gowomtan umatan kun
Hafuurattii kan dhalate hafuura foonittii kan dhalte foon!! Ati yesusitti yoo amante hafuurattii dhalatte foonittii yoo dhalattemmoo waanuma foonii haasofta ishii sadarkaa Amma irra jirtuun waa'ee jireenya kiristaanotaa qoruuf tilmaamuu hin dandeessan !!! Kalaas
Ameeeeeennn ebbifami
Allahamadu lilah rabii ammantii isilamaa nuuf kenee
Alhamudulilah Alhamudulilah Alhamudulilah Alhamudulilah Alhamudulilah yaa rabii kiyaa Alhamudulilah ❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Haasawa dhaabbata hin qabne 😅 osoo eajjiin haasahuu dhaabnee
ummata dhama'ee waan jedhu raata'e
فبهت الذي كفر
Allhamdullilayii rabii isilamaa nu tasisee
Waaqayyo sammuu hafuura keessanii isiinif haa Banu Iyesuusitti amaanaa inni karaadhaa,dhugaadha,jireenyaadhaas Kan isatti amaanee jireenya argaata. Yoo iyesuus Kristosiin
Fayyiisa Lubbuu keessaanii gotaanii fudhaattan akkasiitti yaada fooniin isiinii hin galu.
Soo.beyuu. didii bar❤❤❤❤❤❤❤❤.ustaza
Alhdulily kan musilm kan na gote galan keti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤
Iyaasuusii namaa turee namniis waqaa turee
Watii in dhalateefi Nufayyisuuf dhufee
Xalayaa garbuumaa sexanaa jalaa nuu basuufii dhalatee kanafuu Adamii fi hewanii wanii dogogoraniif garaa ganataa debisuuf duee duaa moo yetii guyyaa sadafatii ka'ee galanifii ulfin isaafii haa TA'UU AMEEN
Alhamduuliihii yaa sheekkootta keennaa raabbiin umuri umuri kesssan nuufii haa dhereesuu inshaallah
Musilama amanittii dhugaa
Karaan dhugaa karaa sobaa irra ifa galaadh rabbi malee mootiin dhugaa hinjiru ijasus ergamaa rabbii tokkichaat
Rabbiin anumaaf isiinin haa jedhu hsyyoota keenya allaah jzk.
Alhamdullillah ❤❤Namaa ergama Rabbiiti if hin sobiina jaraana
Yesuu namaa quuliquulu cubuu
hin tuqiine dha.
Illiimmaa waaqaayyoo ti yesuus
Cubuu illiimmaan namatiif furiimataf eergee waaqaayyoo yesuus.
Namaa tahuu ni amantaa mii
Namotaa wayyee kirstosi hin bekeene wajiin waqayyoo hin arabisisin guuyyaan firdiin nii dhufaa
Yarbii alhmdililaa galnii si gauu alhmdililaa ya musilmaa argatee
Waaqni yesuusin erge hoo kami
Us dhamatuu kotuu karaa dhugaa iysus nama diqalaa abbaa hin qabuu waree mukaa nyadhuu
Allahmdulila yaaa rabbii muslima naa godhu kettif❤❤❤❤❤❤❤❤
Alhamdulillaah yaa rabbii galaannii sii haa gahuu kaamusliimaa nuu gotee yaa rabbii yaa allaah☝️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Guyyaa firdi jiraa ati garu akkuma baarabdee jeechuu dandeessaa ossoo guyyaan isinittii hin duukana.iinni kottaa gara yeesuusii goftaan keenyaa yeesuus kiristosii waqqaadhaa goftaadhaa jirataa dhaa
Ofiif sodadha kenyaa dhisati😅
Ofii keeti of sodaadhu kan nama akka keetiitiin Rabbin jettu😂😂😂
@@HnanaminHnan😂😂😂 sah
Kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk dhugaa jettaahi kkkkkk
😅😅😅😅😂😂😂kamtu kamiin liqimsee wolii wolaa . Alahamdulilaa Alhadulilaa Alahamdulilaa yaa Rabbii bagumaa islamumaa qabadhee bagumaa sittii Amanee
Dhuugaa keetii Alhamdlillhi
Mashaa allaah rabbi isinira haa jaltuu❤❤❤❤❤
Alhamdulilaa kaan muslimaa naagotee galanani kaan rabbiiti❤❤❤❤❤
mashaa allha dalaga bareedura jirtan ustaz iti nu mudda obsa wajin
Alhmdulih islamaa ta'uu kiyyaafi mashaal olmootaa keenyaa jajabaa
Nabii isaa Aleyih sallamaa❤❤❤😅😅
Islam uma qabashu ko Alhamduliilayii galaata Rabi
Yesuus Waaqa dha 100%!
Lakki ergamaadha
😂😂😂 gowwa eyesusen ergama waaqa tokicha allahati inni gabricha rabbiti
Mitii ergamaa rabbitii malee
Iyisusi ergama rabiti
Allahmdulilahi kana amntaa baaredaa nuu kenee
Yoo waaqa tahe maalif dhalatee re waaqni hin dhalatu
Innjifaanoon taan isiilamat jajabadha Yaa utvoota teen allhamdullilah
Waqaayyoon akkaa namaa mitt garuu waqaayyoon akkaa hojii kesanì isinf haa kenui
Rabbi.sihaa.qajeelchu.sister
Namaa jetee kaa isin
Rabii sii haa qacechuu oboletii
Rabii sii haa qacechuu
Wollaahi billaahi islamummaan waan hin ergamneee ❤❤❤❤subhaan allaah rabbituu nuuf keenneee keennaa worqii caaluuuuuu
Islamuman Warqii Warqii Caaltuu Alhemdullilahi rabbiil Aalamiin Rabbii Islaamuma nuu badhase Galan kan Rabbii kennaa khaaliqa hundati❤❤❤❤
Iyyasu Fayyisaa akka ta.e waangeela Dubbifadhu
Allahamidulillah Rabil Allamin
Yaaustaaz jarri bar akkanumatti dhama'anii rabbiin hindhalatu subhaanallah
Alhamdulillah Islamaa ta'uu kootittii Nan gammadaa
Alhmdulillah Suma Alhmdulillah ❤❤❤☝️☝️☝️☝️
Alhamduliahi rabin galani hagahu Islam nugodhu isatif❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jiradhaa ustazaa kenyaa rabbiin umrii isiin hadhereessu👍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yesuus gooftadha karaanis jirenyis isaan malee Kan biraa hin jiru jaalattanis jibitanis Isa kobasa lafaaf samaayi diriirse inni waaqa tokkicha nufayyisuuf jidhee dhalate nuf jedhee qalamee dhiiga isaa iis lolaase namni lammaffa Hi🎉n dhalanne mootummaa koo dhaalu hin daanda'u jedha sagaleen sa waaqayyo sitti yaa araaramu
Iyesus ergama rabbiiti male waqayo miti
Barréeduu a obtenu
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Warruma jallota wjjn Falmutu na arsaa jiram Aaan yesus wan barbarian jedhanu karadha dhugaan jirenyi isumadha❤❤❤
Karadha dhugaadha jirenya yesuus
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😅😅😅😅😅
Karana dhugana jirenyi iyesusa amena
Alhamadulilh kan isalama nu gotte ❤❤❤❤❤❤
Maashaallaa maashaallaa Allah Allah
Yaa raabbi alaahamdulilaah kan muslimaa naa gotee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤
Sababa nannies ija fooniitiin waaqayyoon arguu hin dandeenyeef foon namaste dadhabaa kana uffatee namaste mul'achuu fedhe male jarana Iyyesus namaste miti Manas immoo gaafa inni laga yurdaanositti harka Yohaannis cuuphaatti cuuphame dhugaa bahaameeraaf!
Alahmdulilaha muslim ladaragen
Alhamdulillah yaa Rabbii ka Islaamumaa nuuf keenite
Subanhala..ustazii.kenaa.jazaa.kesanii.rabbii.isini.ha.kafaluu.in.shalaa❤❤❤❤❤❤ 3:25
Maashalah nuu mudhiftan
mashaa allha dalaga bareedura jirtan ustaz iti nu mudda obsa wajin
❤❤❤❤❤❤😅😅😅😅😅😅
Alhamdulillah muslimaa tadhuu kennaaf galaanii sii haa gaayyuu. ☝️🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️
Jazaa kimulu keraan uztazootaa keenyaa umriii nuf dheradhaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah kan muslima nu gote ❤❤❤❤❤❤❤
❤❤ alhamdulilahi Rabbiin galani haa gahu kaa Muslim nuu gootee
Rabiin isani haqajelichu
Alhamdulilah Galata Rabbii mo kan
Muslima nugotee❤❤❤❤
Allamduliha Yaa Rabbi kan musilama nagote❤❤❤❤
Rabbin isin haa milkessu❤maatii naa tahaa❤
Alhamdulillah Rabbil Aalamiin Rabbi ko kan Muslim nu goote❤❤
Gaafa lafa jiru nama ta'ee gaafa samiitti deebi'u waaqa ta'uusaa ragaa nuuf haadhiheessitu
Masha'allah jajjabee diin islamaa
Yesuus kuristos nama guutuudha waaqa guutuudhas kan inni dhalateef fedhaa fooni Isa ilmaan namaa ajjeese ijaaruuf osoo hin taane ilmaan namootaa warra du'aniif du'ee isaan immoo du'a oolchuuf dhalate nama ta'ee dhalachuun isaa immoo ogummaa waaqayyummaa isaatin!
Maashaa allaah wallaahii shek awwal hedduun jaalladha
I am Muslim alhmdulilah ❤️✅
Alhamdulillaah
Alahamdulillah kan muslima nugoote yaa Rabbii kiyya ❤
Alhamdulilah Alhamdulilah Alhamdulilah Alhamdulilah yarabiiii kiyaa galta kee
Haasaama hn bektu wan jettu dura qindefadhu maimi jechun warra amantidhan wal falmudha kan kessan qabadha jiradha yesus karadha dhugaadha
Alahamdulillahi rabbilalamin galannike hin badin yarbbi koop❤❤❤
Yesuus arraba ati ittiin Isa arrabsitu kana gogsuu danda'a
Jabaadha ustaazzan keenya mashaa Allah ❤❤❤❤
Hawwiin Sirrii deebisu jirtii beeki Jara tanattu jallisa jira malee! Waan Kitaabi Qulqulluun hin jedhin jedhuu hin dandeennuu be! Yesuus fedhii Dhiiraa qabaachuu fi dhabuun isaa hin Barreefamnee be!
Suubahanaa ally rabbii haa qajelchuu duubi akkami namaa jibsisuu duubatii
Alahamdulilah rabii yaa kan ergamaa gari nu kenee isaniraa haa jirtuu rahamanii citaa hin qabanee
Alhaamdulilaa rabbii islamumaa nuu kenne ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❤❤
Alhamdulilah Alhamdulilah yarabbiii yarabbiii galtakee Eslhama nugotee
Alhamdulillah
Dawaa musliaaa
Jaallatus, jibbituus Yesuusin malee gara abbaatti hin dhiyaatu
Alhamdulillah i.m muslim❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
halmduulilaa rabbii isilamumma kana naf kenusatif ❤❤❤❤❤
Alhamdulilahi gallani Rabbiin guuddadhaa muslima ta'uu kiyyaf
Alahamdulillah Rabbi umatta kanara adda nuu godhee
Ilmi nama erga cubbu dalage rabbi afoo dhabbschu waan hin dandenyef rabbiin sagalee ufii foon itti uwwisee bifa namaatiin akka namoota afoo dufu godhe
Iyesuus waqaayoo dha❤❤
Alhamdulillah rabbil aalamiin kan ISLAAMA nu taasiste❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Aboo ustaaza maqamaaf mormitii malee gadii butee hin hin qoraanee osoo itti hin dedebitaani amasisuu hin dandetaan ❤❤❤❤❤
Alhamdu Lillaah 🤲 yaarabbi kan muslima nagoote ❤❤❤❤❤
Yaa rabbi galini ketii kani amanitaa dhugaa nafii kenitee
Rabbi jechuun barsiisaa jechuudha barsiisaan sun immoo Yesuus dha midiyaatti batte hamma iyyitu cafata qulqulluu ilaalii isin warra ji'a fii urjiitti amanuu dha
😂soba dhugarra fagate nuhi rabbi tokkicha allah jedhamun ala enyuyu hin gabbaru alhamdulilah dubachu ketin dura beeki dubisi
Dhugadh..kedha.doqe fanntu.nama.xuresaa.jedhu.hudu.dhiqacha.hollu.ofiirrtti.alabu.jari.kuuni.jamadha isanni.qurani.isaani.fonini.barisisu.😹😁🙌yesusu kenya. Karadha.jirenyaa❤🎉😅
Rabbi.qofa.kadhu
Ustaz dhisa ijibatani
Rabbiin sii haa qaajeelchuu wly
Alhamdulillah yarabbi gallata kee kan muslima Naa gotee
Subana'Allha allhamdulilha kanii isilaamaa na gotee