Lakki lakki! Rabbiin EENYUUNUU wal caalchisee HIN UUMNE! Dabalatamoo hojachuu qofti ga"aas miti, MALA beekuun dirqama! MALA ykn System jireenyaa hin beektu taanaan rakkoo dha.
Ato afaan oromo hin dubbatuu akkamiti dargaagoon keenyaa si baran yaada haara sif dhi'eessuree. Atis kana sirreessii saqadaan dura mana baha ijooleen naanoo kee darggagoo oromo gargarii galatoomii
yaada bareeda kastas ilaalcha bareeda qabdas oromoo jajjaboo bayye qabdi gar dinagdettin garuu bayyee hin deemne maale dargaagota oromoo osoo jajjabesitee oromoof Karaa saqte oromumaa kee nu garsiste nu bonsitee nutii tola ani hundafuu si dinqisifa rabbii abjuu kee dhugaa sif ha godhu
Mashallha galatoomii waan siraa jibee tokkoo afan oromoo dubachuu dhabuu ketii afan oromoo dubachuun sii gudisaa malee siin xiqeessuu atii ilimaa oromoo waan tatefi hasayaa gaara midiyaa ketiin gotuu keessa sadarakaa tokkofi iratii afan oromoo dubachuu qabdaa galatoomii jabadhuu rabbiin hamatuu siraa haa qabuu rabbiin barakaa sifi haa godhuu amalee rabbiin kana calaa sii haa gudisuu ijolee kena wora FiB keessa hojatan nufi jiradhaa gafii bareduu nufi gafatan ilimaa oromoo ta'ee akkamiti oso oromifaa bekuu kaa bira nutii hasayaa maal jechudhaa mee amaa kun yaa ijolee kenya afan oromoo hasayuun enyuumaa keessan ta'uu bekaa
Dhugaa kee jettee video isaa tokko tokkon irraa deemee argee irraa wontii fayyadamuu afaan amarifaa qofa worrii innii ittii sadaqatuulee habashoota qofa
@@siifaaniiboonii3430 dhugaan siin darabin bayee namaa arasaa oromoo keessa bahani oromoti bonun hin tatuu baranotaa inii barsisaa jirulee kanumaa umataa birati gargarisii inii gochaa jirulee kanumaa sabba birati ufi ta'aan oromafi ta'an ufi kabajii jedhaan worii keessa beyitan ufi ta'aunn yoo waan hundanuu sabbaa isaa fakatan hasayanii ta'ee qrqarasanilee sabba ufi kaa gahuu hin jiruu sabbba ufitii yoo bonan garii hin ta'uu rabbiin namaa sabba isatifi tauu isaa haa godhuu jenaa dhugamaa lamii isaa umataa oromoo jalataa yoo ta'ee afaan oromotiin ijolee haa gorsuu
Nama jabaate Rabbis ni gargaaraa garuu gurranyymmaa dhiisi jedhin
Hojaachuu ykn tataafachuu dhifnee miti garu yoo silaa rabbiin sif darbaa yoo jadhee malee hin ta'u kanaf kun tataafii kee qofa miti siluumaa rabbiin waan sif ka'edha kanaf alahamdulila jedhii
Lakki lakki! Rabbiin EENYUUNUU wal caalchisee HIN UUMNE!
Dabalatamoo hojachuu qofti ga"aas miti, MALA beekuun dirqama! MALA ykn System jireenyaa hin beektu taanaan rakkoo dha.
@@Grandas7358 waan hundaa dura waan rabbiin sif kaedha lamatamo keessatu biyya keenyaa keessati mala Hanna malafmaltummaa beekun dirqaama kanan ala humna kee qofan tanan duromun hin jiru .
Dhugaa ketii wallahii
esaa bahee dhumayuu hojinisa abiyi madha
Wowowowowo dhugaa mansur jamal baay'ee nama guddaadhaa jabbadhuuu
Jannaataaf says jabaadhaa humni dhageeffatu yaada mo'ataan qaama miiraatii Qalbiinis waraana qabeenyaa GzxHamdiyaa Muhammad yaadeef
Rabi baka yadeen sii,aa gaa,uu gotaa keenyaa 💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼💪🏼🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🐅🐅🐅🐅🐅🐅
Afuri nama kenya muka jidha qorsa of eggadhu ilmako rabbi sihaegu
Ato afaan oromo hin dubbatuu akkamiti dargaagoon keenyaa si baran yaada haara sif dhi'eessuree. Atis kana sirreessii saqadaan dura mana baha ijooleen naanoo kee darggagoo oromo gargarii galatoomii
Dhugaa jettee anniilee waan saanii irrattii argee
Yeroo kan dubbatuu amarifaa qofa dubbataa ittii aansee worroonnii gargaruu worrumaa amaraatii kanaf jaariilee mensur mensur jeetii
Maashallah Mansour ijji,hamtuun,sii argiin
Afan oromo nibeka gurban kun inbaredhaa imon gurban kun hama koo facasa wara hebano fakata walo 👏👏
Maashalaa maashalaa 👍👍🦾💪🤝 nuuf jiradhu qaalifi gaari namaa
Masha allah Mansur afaan oromo beekta fb si dubbatuu hin arginee achiin afaan oromo dubbadhuu akka sirritti si dawanuuf .Galatoomii jabaadhu
Rr Rr tube Asumaan matii naaf tahii
Maatii naafii ta.aa oromoo koo hordoftonii 🙏
siif godhee
imimmaan oromoo tube Asumaan matii naaf tahii
Mansuur fi Abiyis tokkoma saniif isa dinqisiifata yaanni isaanii tokko oromummaa ofiitti ni qaanfatu kun wollaallummaa guddaadha!!
Umrii dheeraa siif hawwa
Bayyee barreeda galaatoma.
Yaa Qabeenyaa Gaafa Ustaz Raayyaa Abbaamacca Gaaftuu dhiifmaa Raayyaa maa jeedhaa jeetee si taajabee Yaa Qabeenyaa
Si jeedhaa turtee har.a isn
Mati naf tahi Ani sif tahera subscribe sif godhera atis naf godhi
Sii jaalana saabona oromiyan deese
Hi all of them
Umrii dheeradhu jabaa ofii!
MaashAllah ❤❤❤❤👏👏
Jabaadhaa
👏👏👏👏Jabaa namaa nuuf buli, much love!!
MashAllah❤❤❤💪💪👍
Hadisaa kijjibaa dhisii hadisaa adunyaa keettii qofaa irraa dubadhuu
bagaa oromoo tatee mansure💓💓💟
Welcome sabakoo qaalii 😍😍😍
fayiza iliyas Omn tube Asumaan matii naaf tahii
Qarshii argannan duuti Lammiilee keenyaas nutti hin dhagaahamu waaqni nu baraaruu!
Abiyyin dinqisifadha jedha kun afaan guuttaate wadal
Dadhaabadhamii of hin bekkuu akkumaa Motiicha
Lubbu ofitifii 😄
bishaan hin jiru mana keessan keessumman Affan duwaa bahaa. .☕🥛
Mensur jemal stunning view
Garaafi karaan gadaammeessaanis Barsiisaa Barsiisaa naannoon cufaa walumaan
Jabaadhu
Nuf jiraadhu nama keenya.
Nyaannii mandisni kolfaan dhumnee Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa misooma injifannoo
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow !! nama cimaa !!
Yaanni ke baredadha
Qophiin keessan baayyee gaariidha qubee komeediis qilleenssarra nuu oolchaa
business akkam hojjatta?
Mashaa Allah
wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww maatii naaf taimee sanyii
Weweeeee
Suur sagaleen anaaf banaa hin jiru
ዋውውውውው👍
Qomce 🇨🇬 ❌ 🤑🤧🤧😷😷🙄🙄🤯🤯maal Asii gota diqalaa imiyee minlki galtuu hulaa 🤧🤮😷
🤧🤧😠⛏🇲🇱🤬🐗⛏🤬🦓🖕🏽👈⛏
woòòooow
Nageenyaa ways to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa dhugaa dhaqqabii garaafi Onneen waraana 4kilo yuniversity saayikoloojii ifaa freehogganttootaa ABO Dirqama Hidhiin golgola dukkana ifaa Eegumsaa qabeenyaa ijji
Abdiye Oromo #you tube koo sabscires Naf godha
Wel cam 😍😍
wow jabdaa
Mariin rayyaa ittisaa thanksB/j biyyeettiis deemsis haqa Beekumsii Ogeeyyiin fayyaa teettuus Eegumsaa nyaataanis nafaa Dubai Emirates DrugIlkaaniin keessummaadha
Dhugaa jete
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
💛 መልካም እድል 💛
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Well come fib
Fuula gabatee godhii
Be positive?
Koranaa moo?
Interesting interview
Galatomi mansur yaada baredaadha
yaada bareeda kastas ilaalcha bareeda qabdas oromoo jajjaboo bayye qabdi gar dinagdettin garuu bayyee hin deemne maale dargaagota oromoo osoo jajjabesitee oromoof Karaa saqte oromumaa kee nu garsiste nu bonsitee nutii tola ani hundafuu si dinqisifa rabbii abjuu kee dhugaa sif ha godhu
Mijuudha says mandisni harkiis barachuun rakkoodha jechama mallaszenawii together yaadarraa yuniversity siyaasni kufee yoom na mooyee lata??Ragaan dhugaa siyaasa jibbaatii Dr Drlammaa ilillii jemal jklSaud Muktar if hifannoo wework together Mas'uud mandisni kolfaan dhumnee
Nice
Wwwww jiradhuu
Kootuu maatii naaf ta.ii saanyii
Tolee yaa Peresdantii mee waqayyoon sii haa gargaruu kaa yoo oromoof falaa tattee
Afan oromo inbeka edhaa ?
Bar kuni oromoo iluu Aba boraa dhalatee gudatee
Namichii kuni natii hintooluu
Are mansuri jedhani oromifa nii dandda
👍
Liniki tiya tana quban gadi xuqa dawadha th-cam.com/video/NuhMiXS_clI/w-d-xo.html
nama ilmaan oromoo dugugaa jiru diqisifachuun dinummaa gudaadha !🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️🙅♀️👎👎👎👎👎👎👎👎
Sahhhh
Gltmaal❤❤❤👏
kun sobee oromoo fakkata malee ergamee dhufe
Dhuga hin tatuu🤸🏾♀️🤸🏾♀️🤸🏾♀️🤸🏾♀️🤸🏾♀️🤸🏾♀️🤸🏾♀️🏃♀️🏃♀️🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Hhhb
Ani henumayu hin bekku namicha kana har'an argeeyu😄😄😄
Naju tube Asumaan matii naaf tahii
kuni PPdha
Jalalla sirraa naa qabee
Kkkkkkk