Man, I am really proud of you. Mansur, you are an inspiration. Dhaloonni Oromoo labati ammaa kun waan hedduu siraa baruu qaba jedheen yaada. Oromo is BIG and DESERVES TO DREAM BIG. I hope all your dreams come true one day. You are becoming my role model. Please man, create a youtube channel and take a time to inspire young Oromo generations. We need millions like you. Galatoomi Mesii, dubartii Oromoo jabduu!
masur keenyaa rabbii akkaa ibidaa tuluraa sihaa mulisuu adunyaa irratii bilget akkaa bakka butuu si hawwinaa jabadhuu❤❤❤❤❤
I love his positives and confidence.!!!! He is fully human❤❤❤keep up the good job!!!!
Stay blessed 🙏🏽🌅🌄🙏🏽🌅🌄
Qashtii teenya osoo dandahee yeroo 1000000 takkan like fi subscribe
si godha. Garuu maal haa godhuu ree yeroo takkuman subscribe si godhee
Gaalaatoomaa oromia 11 Thank you masarat Jaabaadha oromoo Koo 🇧🇫🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Jabaadhu bayyee sijaal'anna. Yeroo baayyee afaaniif sikomatu . Ati ilma Oromoo jabaadha. Afaanni Oromoo dhiiga obbolewwan kee lola'ee fi lola'a jiru yaadadhuu kabaji. Jabaadhu sijaal'anna.
Waaqayyoo isiin haa Ebbisuu Jabaadha Oromoo koo.
Man, I am really proud of you. Mansur, you are an inspiration. Dhaloonni Oromoo labati ammaa kun waan hedduu siraa baruu qaba jedheen yaada. Oromo is BIG and DESERVES TO DREAM BIG. I hope all your dreams come true one day. You are becoming my role model. Please man, create a youtube channel and take a time to inspire young Oromo generations. We need millions like you. Galatoomi Mesii, dubartii Oromoo jabduu!
Maashaa Allah rabbiin umrii dheertuu sifi haa keenu Mansur Fi masratii
Jarri lamaanuu nama bohaarsitu; taphatootta isin lachuu eebbifamaa ijoollee oromoo
مشاء الله تبارك الله
Hachalu we never forget you RIP 🙏🙏🙏🙏🙏
manisuri Jamal bayee nama akaa atiixiqefatee akaa isaa ta,as yokan jirenga foyaa akmitn hordhaa aka jetufi male guraa hin qabuu mama nama garigarudhaa
Mamsur khoo umatta kee kaa sababa bonaa midhamee waan qabdu itti ladhuu (ummata boorana faa)
Wallaahii billaah oromon urga abiy dhufee jiruu dhabee
Taking this gentleman absolutely, I think such an outlook has to be trending in us.
Uufff abo mansur afankkelle akka dama natti tola
Mashaallaa mansur kenna. 🥰💚❤💚❤💯💘
Masha Allah Masha Allah Masha Allah waqnii umurii kee ha dereysuu nuf deradhuu
Raabii siif hadabaluu mansuree bagaa kenyaa tatee
Thank you for this marvellous program.
💞💜🤚
I liked his confidence and his vision,
Kotuu matii nafa thii qalii 💓
Wlecome shakkii mansuri fi massii Harka fuune 👏
Yeroo baay'ee afaan oromooti fayyadami
Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh Mashaa allh jabadhu qali nama wwwwwwwwwwww yaada bareeda qabda wwwwwwwwwwwwwwwwwwww
Jabadhuu jamu baka yadeen rabbi sihagayu
Mansuur maa kijibda abiy urga aangoo qabata yommii takka waanii oromo gammachisuu dalagee qara yoo sanyii dugugaa irraatti rawwaachaa jiratee usii jedhii hin kijibini
Masi koo watching your program ever time quqamtu sababaa keatif you also like hachalu too
Laa isin asnubira abudabi jirttii xiqqoodhabboo
Masha Allah Masha Allah jabadhaa 💖💖👍👍
You are dimande for Oromo people
Sirbi Hache akkumaa kurranitee tajaajiu hindadamaa
Raabii barakka keessa siifhatahuu mashallah tabarakallah
Inshaa allaah umrii kee s rabbiin sihadheressuu
Mashalaa you
Masha Allah rabbiin itti sihaa dabalu
Ya obolesa ko kabajamo fi jalatamoo masuri kenaa Gaallatomaa
Anii mansuur jemaal kana gafadhu
Yoom nuu xummuruu
Haacaalu Hundeesa namaa amboo biyaako biyaa dhiraa
Such a beautiful girl
Kkkkkkkkkk maalumaf of jajaa gaaruu namichii kuni
Isumaratti bilbilii gafadhuu akkuma sidhibee nallen dhibee
ماشاء الله تبارك الله
Nuujabadha inshaalah nibilisomna tokumma nuujabeessa
Mashallaa alhu akubar 🌳
Rabbi dabalee siif hakennuu
masii teenyaa jiradhuu sii jalanaa❤❤❤❤❤💋💋💋💋
Kijibaa usii jedhii abiy oromoof maali godhee haree
Hinafaa udduu si gubee ganaa gubatu
Nama jabaa dha, namni kun! Waaqayyo Beekaa dha.
Maashaa Allaah Maasha Allaah
masi galatoomi waan baayyee nu barsiisaa jirta galatoomi
I like his confidence. Jara birrati kuni mataa bo,a dha.
Maasha Allah
Dhugaa Mesit thanks dhumma irratti yadda ani osoo MANSURIN osoo argee itti himuu barbaduu itti himtee, jajabesaa ammo gurbichiis nama garii fakkata.
Video mucaayoo naman koflaachisaa 🤣🤣🤣🤣🤣
Inshaa allaah muslima kantatee kan rabbin sodaattuu
Masha Allah Masha Allah ♥️🙏
Masha Allah
Kkkkkk ayyi namacha nana sita toluu abbo fata jedhii ananu fataa na gotan ama jirtutii ufadhuu nyadhu dhugii du,ii hin hafutti
Dhiisibboo achuma wayyaafii hatanuu bakka baran wayyaa
Galatomi ilma oromo Mansour
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️💚💚🌹💔❤️❤️💞
Mansur sanyii dheera
Maashaa allaah mansuur
Mashaaa Allaah rabii umuri kee haa dheresu jabaa nama
Kotuu matii nafa thii qalii t💓
I feel so sorry
Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla 😍😍😍
Kotuu matii nafa thii qalii to 💓
masha Allah masha Allah bro kenya qaalii
baayeen isiin jaaladha Oromia 11
Dhugaa keetii woowwowwwwow
Massii koo jabduu too lubbuu akkaa annii sii jaladhuu wolahii 🥰😍💚❤💔💘💯💚❤💚❤💔💘💚❤💯❤🥰😍💚❤💯💘💋💘💋💋💘💚
jabaa namaa fayyaa nuuf ta'i. jiraadhu.
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞❤️💔🌹❣️💚💚
Hacee koo yoomu sindaganuu qaalii koo
Namaa dhufaatin udumaa kaa dorgamanitii wolhii uztzaa Rayaa motumaa biyaa saani nuufi ta,ani bayee gamadaaa
Kotuu matii nafa thii qalii to 💞
Mansuur akkam nagaa jirtaa?? Anii nagaa kootii atiis akkaa nagaa taate abdiin qabà adaaraa kee biyyaa arabaa waggaa sagalii ol hojaadheeraa amaa garuu bayyee dadhabee jiraa kanaf please akkaa nagargartuu barbada yoo xiqqatee nama jireenyaa naf keenisis
Baayee namatti tola
irraa sadaqadhuu
Maashaa allaah jechuun ishoo
Uuuuuuf arogent
Motuman biyaa bulchu aka mansura kantii of hin jajuu wayoo 🤣🤣🤣🤣🤣
Dhugaakeeti
qarshiitu sihaasofsiisa malee
ati guddaa taatee natti hin mul'anne, soorummaanimmoo akka fixeensa ganamaati
Kotuu matii nafa thii qalii 💓
Oboleeti bareeduu koo
Welcome mansur♥️♥️♥️
Akkata eto titok banuu
meseret itti cimii qabsooftuu teenna
WleCome Wowowo
Mansur Oromoodhayi
edaa?
Jirtanii
Ummaataa keenyaa bakkoo ilalaa mee hadaraa
Hajjiin Namicha Kana yeroo 666 jedhani anni shakkaan tiree ammaa garuu naa galeraa🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Me uu qarqari
Hori sanyii Oromoo!!!
our investor
An dhugaa yoo Oromummaa keen boonte, hojii teeknoolojii bareeda waliin hojjenna, akkamiin sii agarra namakoo?
Smart boy
Mansure🔥
Yes
Afuura oftuulummaa ifadheera.
Kotuu matii nafa thii qalii 💓
Brand Oromo
Kotuu matii nafa thii qalii 💓
@@amanaaQuruu6491
I Don't Understand what u are saying ? maal jeechu baarbade laata ?
Please give help me
Wow
😍😍😍❤