Hundumattuu ittuma Deemaa jirra jedha investment ofumaa Saame namichi, Inni Biroo immoo nama dabaan osoo mana murtiitti hin dhiyeessin hidhee irra ta'a kantibaan kuni yakka malaammaltummaadhaan seeraan itti gaafatamuu qaba. Thanks OBN
Kantibaa fi hoggantuun investimantii bara kana hojii boonsaa hojjatan yoo dhugaa taate.jijjiirama guddatu jira wanti komii kaase hunduu waan rarra'ee asigaye malee waan bara hojii kana uumamee mit
He is relatively a good mayor- kentibba I heard in this media . He doesn’t fear to admit his mistakes - that is one of Leaderships ethics . He can work , if the people can stop to stealing!
Ana kan gafi natti ta.u bishan yoo jedhan birri kafalchisu kan karra birri nura fudhu kan mabratti nurra fudhu yoo gafii gafataman kana hunduma motuman nu degare jedhu kenya kan nurra fudhan sun essa dhaqa dhifama walin gaffi naf debisa kabajama kantiba magala asalla
Godiinni shawaa kibba lixaa aanaa iluu ganda jigduuf midaa rakkoon isaa ilaalamuu qaba.adaraa rabbii.
Mee warri qophi caayaa rabbii jedhani godina harargee lixaa aanaa gubbaa qorichaa bulchiinsaa Magaalaa kommonaa nuf koota sagantaa teessan hedduu jaalannee ❤❤❤❤❤
OBN bayyee jibbaa turee erga caayaa dhufee hordoofu egale jabaadha haqaa umataa, umataa hundaaf qixaa tajajjilluu qabaa 🎉jabaadha
Sagantaan keessan baayyee nutti tole Godina harargee bahaa nuuf koottaa oromiyaan ganaa seera wayyaanetin bulaa jirti jechuun ni danda,ama akka kanaan
maalif badii inni hooggansatti osoo hin dhufin dura hojjetameef itti gaafatamummaa fudhata Obbo Simee Tseggaayee sirritti hojjechaa jira jabaadhu jechuunii barbaachisa! jabaadhu jajjabaadhu Best Assela mayor
Biyya keessaniif Tiraafikii taatanii hojjechuu keessaniif guddaa galatoomaa jechaa Bulchaa Aanaa Amboo fi waajjirri paabliik servisii Aanaa Amboo keessatti yeroo dheraadhaaf jijjirraa hojjetaa irratti Daldaaltoota qopheeffachuun namoota samaa kan jiranii madda kiraa sassaabdummaa hamaan kan keessatti dagaage akkkasuma qajeelfama mootummaa kan hojjiirra hin oolchiine waan ta'eef yeroo gabaatti nuuf qoradhaa hadaraa.
Asellaan ammas sirritti laallamu qaba jabadhaa hordofaa hiyyeessi lubbuun bara baraan dararamutti jira. Sababa lafti suphamuu dhabutiina
Eebbifamaa maaloo akkuma kana waa'ee heeyyama konkolachiisuma yeroo amma nuuf keenu didan kanas nuuf ifatti baasa adaraa waaqa fi lafa caayaa ni jaalanna
Duraan dursee warri caayaa kun baayee galatooma isiin Onnee fi ija uummataa oromooti .
Yaa warra caayaa mee dhaabata humna ibsaa magaalaa galamsoo dhuftanii maaliif hin dubbifne uummanni magaalaa galamsoo tajaajila ibsaa torbaanitii sa'aatii 2 hin argatuu mee koota galmsoos dawadha.
Isin furtuu rakkoo ummataa waan taataniif ummanni haala isin egataa jira.
Miidiyaan Kun miidiyaan baasa qabu jechuun kiyyaa uuuuuu hin iyyaa ammasi uuuuu waan karaa baha GUJIITTI magaala Adoola yoomiif akkaamiin isn dhaqqabsiisuu dande'a
Hundumattuu ittuma Deemaa jirra jedha investment ofumaa Saame namichi, Inni Biroo immoo nama dabaan osoo mana murtiitti hin dhiyeessin hidhee irra ta'a kantibaan kuni yakka malaammaltummaadhaan seeraan itti gaafatamuu qaba. Thanks OBN
Yakki. Aanicha keessatti ummataa fi qabeenyaa mootummaa irraati rawwatuu wan hisabamee dhumuu miti isinumti nuf kootaa❤❤❤❤
hogansaa nagenyafi misomaa magalatii cichanii hojechaaf jijiramaa gudaa fidanidhaa abbaa hiyyesaa ❤❤❤❤❤❤❤
Yaa Kiristoos Biyyaa Abbaa hinqabdu ☝️😥😥
Kantibaa Magaala Asallaa Obboo Simee Tsagayee dhiira kutattuu Badhaadhinni qabduudha. Magaala Asallaa keessaatti Jijjiraamni fidaan jiraan ajaabsiisadha. Nutis akkaa jiraata tokkootti isiin cinaa jirraa jabaadhaa.
wajjin haatanii nyaatu kanaaf namicha magaalati haatee fixee kana faarsitaa.
haatuu akkam simee laalee hin beknuu
maaloo sulultaa kottaa waraqaa eenyummaa qarshiin ala hafeera! kan waraqaa hinqabne jedhanii shororkeessaa taatee hidhamta warqaa baafachuuf ammoo qarshiidha! ifatti ummata saamaa jiru!
Yaa obn jabaadha rakkon aradda fi anaan ummatarran gaha jiru kan sirna gabronfata cale jira kessatu hararge baha maaya sitii maqa ju'un ummatarra mallaqni funaanun ummata rakkisa jiran Mallaqa araddan sigaafatte hinqabu yoo jatte hidha senta bilbila kessan nuuf ibsa(nuf hima) galatooma❤
OBN dhugadhumati dhuga ummatta dhokkate basa jira jabadha
Kantiibaa magaalaa Asallaa akkaatan waan baay'ee qulqulleessuu fi sirreessuf itti deemaa jirtan gaaridha.jabaadhaa!keessattuu dhimma hayyuu ykn barsiisaa hatantamaan akka furtan isinitti amaanaa!
Warra OBN qophii caayaa waan guddaa hojjechaa jirtu,ammas gadi bu'aati godinaalee Oromiyaa hunda dubbisaa wallaggaa lixaa fi Aanoolee mee kotta ilaala waan uummatni keessa jiru!
Kaabinee hattuu akkanaa kana ari'uu qofa osoon taane adabuudha yoo seerri ni Kabajama tahe
Haga ammatti sagantta caaya kana maras tahu baatu haga tokko hordofa ture keessa namni tasgabbaye haasayu kantiba magaala Asallatifi Bulcha godina Baale qofa kabineen tunin hunddu nama waa hogganu hin fakkatu
jabadhaa warii obn qobeesittoonii caahaa jabadhaa hojadhaa hojii baredatii jirtanii akaa magalaa hanagaa badiyatitii akaa iraa demtanii lalatanii abdii isiniraa qabanaa❤❤ jabadhaa
❤humni dhageeffatu hawaasaa ❤gzx Caahaa tokkummaa jabaadhukaa
Kun of eeggannoo dhabuu Kantibaa=sigiga lafaa lafee laftis Duniyaa Eegumsaa =
Ija yaada dhabin humna amantiin birateenyee malee amannee hin teenyuu
Kantibaa fi hoggantuun investimantii bara kana hojii boonsaa hojjatan yoo dhugaa taate.jijjiirama guddatu jira wanti komii kaase hunduu waan rarra'ee asigaye malee waan bara hojii kana uumamee mit
dibee dhahii wajiin haataan nyaatuu kanaafii
He is relatively a good mayor- kentibba I heard in this media . He doesn’t fear to admit his mistakes - that is one of Leaderships ethics . He can work , if the people can stop to stealing!
❤❤Bulchiinsii hin agartee hiyyummaa maalif daily hojii kee lafallee horaa bultiinis dirqamaa Dirqamaa ilaalii Garagaarsaa
Gaaffii tokko irraa deeddebite. Akkan hanga har'ati ilaaleti kantiiban Kun baayee nama hojiitidha.
Caayaan Kun seeran itti hin qophoofne.
Gaaffiidhuma tokkon xummurtee dhugaa baayee na arsee
maal nama hojjiiti kun haatuu ijja babaasee dha
Asallaan kantiba waan garii hojaacha jiruudha.Gaafiin amma dhiyaateef kun hundii kaneen isaa dura badaan ammaa sireesuf hojaacha jiraanidha.Hundaa ollii gaggeessa jijjiraama ta'uu kan agarsiisuu keessa wantootni gafii ka'an kun yeroo kotti miti jechuu dhisuun isaa badee sireesuuf hojaacha jiraachuun dhuguuma hogaansa siriidha.
Wow amazing deafness!!! Awal is a legend leader's.
❤❤❤❤kan Boras osoo taanee warshaan harrer lafa hibiraafi galii Bu/Magaalaa fi kantibaan magaalas Asallaa mirga kee arginee kkkk
Mirgi Namoomaa M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi sirreessaa Kantibaa Magaalaa Finfinnee? No geopolitical issues
Eegumsaa yoomuu Nageenyaa dhabameef itti gaafatamnaa warshaw diinni dhalootaaf dhabee badii malee du'aa hin arginee hiyyummaa mallaszenawii
AANAA KOFALE ASRII LIXAA KAN YOMUMMA RAKKOON ISAA ILAALLAMA
Godina Arsi lixaa aanaa kofalee biyya bona fi ganna ishaa addaan hin beekne rakkoo hoggansa irraa kan ka'e rakko keessa jirti.qophiin caayaa kun akkaa rakkoo dhokataa nuuf laalu
Warshaan Qalma Foon Harree Kun Oromoo biraatti Safuu tahus
Garuu Dhiibbaan inni fidu tokkollee hin jiru faayidaa isaatu caala
Maaliif yoo jettan
1,Harree dulloome qalani direct chinatti ergu
Namni baay'een waanuma biyya keessatti takaajila kennu seha garuu rifeensi takkattin lafa hin buutu
Harreen kan qalamtuuf fooniif osoo hin taane gogaa isiitiifi foon immoo bineensota paarkii jirantu nyaata sanuu kan itoopiyaa osoo hin taane kan biyya chinaati
Akkana taanan gaarii dha
Abboo taai
Obbo simee nuufi jiradhuu asalla ergaa atii dhuftee warri kutaa fi amantaa wolii qoduu nurra caabe abbashiir Sii waliin jiraa
Ana kan gafi natti ta.u bishan yoo jedhan birri kafalchisu kan karra birri nura fudhu kan mabratti nurra fudhu yoo gafii gafataman kana hunduma motuman nu degare jedhu kenya kan nurra fudhan sun essa dhaqa dhifama walin gaffi naf debisa kabajama kantiba magala asalla
Simee nama uummata isaa guddisuuf hojjachaa ture. Kabaja guddaa siif qabna.
Antumaa ummata GG godhadhuu tessoo keef barreessuuu dhiisiii
❤❤eight months later
Hubadhu hiyyeessaa Abbaan qabeenyaa kessaaa kkkk
Jibbitus jaalattus Ummaatarraa durooma Abbaan qabeenyaa kanaaf Abbaa qabeenyaa kaasaa sochii onnee Gaaddisaa Ummaataaf osoo deemnee
Mee warii cayaa rabiiif jechaa godinaa h/lixa analee hundaa akkaa nuuf dhuftaan dhifamaa wajiin isiin gafanaa
Cayaa jabadha Wana garii hojata jiranin ❤❤❤
Obn wani garii wajataa jirtuu galatomi ♥️♥️♥️♥️
Nutii jirtaa magallaa qunii harargee lixaa godiinaa ciroon oladhaa rakko gibiraa qabnaa akka dhuftanii nuraa furtaan isiin jedhaa caayaa isiin egaa jiraa idoo dalagaa hundaa waan nuratii cufaanii jiraniif nutii dirmadhaa caayaa
Relatively good interview than others. kantiibichi nama tasgabbaa'aa fakkaata osoo yeroon kennameefii waan gaarii hojjachuu hin oolu.
Caayaan Obn akkan nu boonsaa jirtu,jabaadha Aanoolee godinaa illee seentaanii akka qorannoo gaggeessitaan jennaa .
Maaloo foon harree nurra qaba waaqauma jedhatni
Tarkaanfiin fudhatamuu qabu akkuma jirutti ta'ee,haalli deebin itti kenname gaariidha.namni hojjatu deebii hin dhabuu.
Dhugaa dubbachuuf kantiiba baayyee dinqisiifadhu tahee jira.
❤ Eegumsaa irraa kaasaa
Mirga Qamoolre Nageenyaa rakkatee haa arguu=u
Gaggeessaa Bilchaataa Asallaa Rakkoo Ishii Hundee Irraa Jijjiiraa Jiru.Obboo Simee Galata Qabdu Jabaadhaa
down down sime
❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa lolaa
Abbootiin Amantii Christ and muslims Fòon Harree Eenyutu Nyaataa?
Abbootiin Gadaa Qaalluu hoo Foon Harree Kantibaan Maalif teesso hin arginee maaf mooyamee ka'umsaa bàdiidhaa stop arresting people Eegumsaa
Hadaraa worshaa san nurraa kaasaa
Haali turti baay,ee gaariidha,,,,,ammaa illee jabadha hojadha obbo sime
Gara nagelle boranaa osoo dhuftan waan hedduu argitan midhaa ummata irra gahu waa'ee invastimantiin
Hin qanuu foon harree hin jiraa jedha maaloo mee foonum harree kan nurraa qabadh
OBN Hoji Jalqabee jeechuudhaa, uulfaadhaa, dhugumaa sagalee ummataa taatuu laataa, itti fuufaa
Yaakaleebadee 1 fediiralaaf fardaqaltee gabrootaaf gangeeqaltee 2 hojataafhareeqaltee 3 akkatiikaracuufaaturtee wariimalatoon warabeeysaasunii
Waan abdii namati horuuti Jira jabadha.
Yaadaa bareeddaa isa sirrii ta'e bifa tasggabi qabun deebbisuu keetif ulfaadhu
Mindaan mootummaan kun naakennu nattihaahafu Foon Harree, booyyee, gurguratee mindaan isaa natti haahafu.
obbo simeen maal haa godhu kan xaxee ummatatti taphatee deeme kan biraati
Warri qophii caayaa maloo gara magaalaa shaggaar koota! nuuf ilaala warri hogansaa magaalaa kana nurra ta'anitti nu quucarsa jiru. Jarri kun teessoorra ta'an utuu hin ta'inni ummanni magaalaa kana akka hin jijjiiramneef irra ta'a jiru. Hogansii hojii hojjetaa jira utuu hin ta'in maloo warri caayaa sagalee ummata oromoo warri taatan koota sagalee keenya nuf dhaggeesisa. Keessumaa gara kutaa magaalaa kuraa jiddaa koota. Lafaa ummata fi mootummaa, naannoo kanatti qisaasa'ee jiru ilaala hawaasa bal'aa biran nuuf gaha rakkoo ummata kana irraa jiru nuuf saaxila.
Maaloo, Malkaa Noonnoo kottaa, gubanneerraa. Ibsaa, bishaan fi bu'urri misoomaa hin jiruu
Anaa gamachiis irraa isniif baresee caayaa
Sagantaan caayaa kessa kenya isin nuf jiraadha
Waahe rakkinna magaalaa oromiya kessatti argamu dubbanne fixnu akkasuma wahe gibira fi bishaan ifaa iaalcisee rakkisaadha kanaaf daraan itti cimsaa rakko guddatu jira kantibonni magaala abba garati malee abba biyyatti misomsutti jiran
Kantibaa Bulguu
Malo obn magalla Aadab godina Arsii lixaa Ana Aadaba nuh warhaba magalni suni rakoo qabaa 😢
Nama ummaata isaa hojii gaarii hojechaa jirudha
I think guutummaa Oromiyaa natti fakkaata maaloo mee nuu ilaala ani kunoo etuu hin haaromsin wagga tokko 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Gaaridha namatii toltuu akkii gaafii keesaani akkii deebii isaani gaaru qophichaa laalu dhisuu woyyaa nama jeechisisaa.
Sobaa gogaa dadhabnee😅
Ta'a ta'a ta'a OBN sagalee kkkkkkkkkkkkk OBN sagalee OPDO Durii sagalee pp walii hattuu sagalee kijibdoota tti ❌
Translate to English
Harree nu nyaachistan gatti harkka kessanii argadha
OBN ulfaadhaa garuu dhiimmaa balaakonkoo lataan walqabaatee Godiinaa bunnoo beddelee anaa gachiitii balaa konkoolaataa seraan alakoonkolachiisuuf tariifaan alaafe,uu otoo akkaamaleekonkoolachisuu tariifa qarshi 90,qarshii200n fe,uunbalaa umee garuu balaakanaaf lubuun harmekoodarbee poliisoonni mataa,a fudhaachuun ragaa abbaaqabeenyummaa ibsuu najaaladhoksaani kanaafuu dhimmaakanaa gurraa ummaataan naaf ga,a lakk, gabateekonkoolata 66761 OR kanjedhuu aniis baalakanaan midhamadhaa
Lafa teenyarra taa'ee gibra FRI'f ta'uu hin qabu!!!
Jabaadhaa ittii fufaa dafqisiisuuniis ni jira
biyya kan warrabbeessi hin jiru moo?
Dubbin qalma haarreetifi mana barumsaa dubbi simee walin walqabatu miti isa burjaajeesuf yo ta'ee malee! Kan isa gafachisan dhimmolee bulchinsa gaari baayyee jiru isanirratti xiyyeefachun gaari natti fakkaataa!!! Keessattu dhimmi tajaajila mana qopheessaa gonkumaa foyyaa'aa hinjiru keessatu dhimmi lafaa mahaandisotaa walqabatee har'as gubbo malee wanti hojatamu tokkolee hinjiru dhaadanaa dhageenaa malee fala argachu hindandeenyee!!! Gara dubaatti dhimmota sirri irratti dhuftan lafti mana gandaaleen gurguramaa jiraa! turreeraayis bulchinsi lafaa magaala kanaa sirritti laallamu qabudhaa!!!
Wanniibiishaankeysagaluu heduudhaa biiya.ulaan horiidha.unaa namaleenyataa robiiwayaabekkii
Boqqolon biraa dhufaa baaduun afraasa dhufa essa abba kotiin waliti fide nyaadhe ilalaa humni ganama dhufaa yaadnii galgala dhufaa essaa abba kotiiyi waliti yadee ilalaa
Yadnii kantibaan magalaa asaalla dubataan yada bilchaatafii kakaa'umsaa hojii qabaan ta'u ibsaa ciinaa isaani dhabaachun dirqaama
Sirritti gaafadhaa
Malloo dhugaa nufi basaa jirtuu kaa okatee yuu bay'ee tuu jiraa akanatii kabinee qoratuni akaa ummanii motumani ummataa hubatuu gotanii nufi galatomaa dhugaa basaa jirtuu
Mootummaan dugdaa Biyyaaf Immediately announced kisaaraa
Osoo dhaabbattee
Badiin warshaw garree mandisni duuti jirtuu?
Dhibeen hooggaansii Mootummaan falmii gaddaa b/c dhibeef diina ni fagaannee
Hin amanuu!!!!!
Kan Itayyaa maaliif akkanatti hin qoratiin fayyeeraa fakkeessituu
Warshaan qalma haree mada komii umataa magaalaati jedhee gazexeesaan gafaachuun dogongora mataa isaati waanragaa hinqabne ykn inumaa komii dhuunfaa kootiiti jedhee osoo gaafatee baayee bareeda hawaasni komii warshicharaa hinqabuu silaa qabaatee ragaa.waliin dhiheesita tutee
Itti muddi 👌
Warshaan qaalmaa haree Kun magaala asallaa keessatii dhibbaa homaa gaggeessa hin jiruu ammaati .inumayuu hojiidhabeeyyii hedduu carraa hojii umeeraaf
Naafxaa tirafikatuu gurguraata turee Asalla
Isumaa qabudha
Baalee agaarfa maafi dhufne
Namni namaa arrabsu nama hin farsuu namni hamii baree utubatii hasasaa garaan jibaa baree firaa gargar basaa
Warshaan Kun ammaatti rakkoon inni geessisa jiruu hin jiruu inumaa hojjii dhabdoota hedduu akkaa magaala assaalati furmaata kena jira
Gaafii dursee waan kennameef fakkataa, waan gafatamee itti qopha'eera fakkata.
Dafqisisi sanyii leencaa💯❤️🫶👊👍
Mana Baruumsa irra gara warshaa foon Harree. Murtee Cimaa barbaada kun
Kuun ciminnafi lafinaa hoojjimata mootuma waan cimsuf ittii fufuu qaba
Body guard isan deemu malee waa'ee ummata quba hinqabu Kantiibeen kun.
Akkam akkam?
Dhimii lafaa mana jirenya barsitota rakoo ijodha
Magala keenya hattutu itt bayataa