Micayo tana lamata dhiyesu qabadani sena dhagefatame bira darabamu hin qabanedha nii garagara bilibila fi akahoti nufii kenitu ara ebs irra baradha😢😢😢😢
Midhan nama homa miti rabbii rakoo kan kesa si ha basu oboleeti ko ani mucati tan gargaruu barbada kara kamin gargaru dandaya me naf hima wrii modiya kan please ?🙏
Istadiyemin midia kana maf nama dabaraa😂😂kessuma lalun namitin toluu.ijollen TH-cam hojatuu kana caalaa iddo video itti hojatuu midhagsitii.umataa jezbaa.....
Sena gara nama nyatu qabadei bilibila fi akahoti maxanasu qabadani turutani nii garagara😢😢😢❤
Warrii obn kuni mee akkuma warra ebs yeroo tokkoo tokkoo warraa akkan kan gargaraa
Wlh dhugaa keetii
Midiyaa oromoo namaa gargaruu hin jiruu namumaa hasofosisuu malee
Dhugaa jettee❤
Micayo tana lamata dhiyesu qabadani sena dhagefatame bira darabamu hin qabanedha nii garagara bilibila fi akahoti nufii kenitu ara ebs irra baradha😢😢😢😢
Adamaa naannoo kam.jirtaa maloo biyyaa galuf jedhaa dhufeen sii lalaa anis adamaa dha bilbilaa ishe akkamitii argadha wan danda'uu sii gargaraa😢😢😢
Naanoo jawar adababayi
Kutu natu sif keenaa
Dhiraa oromoo kesaa Drk Nafdi fii Abaa manaa . Masig mange qofaan argee nama jalalaa bekuu. ❤ hundishi faraa gubanee waqaa Anii Aba manako ilmoo isaa walin naa kadee 😢😢
Dhugaa waqaa sirri jette 😂😂😂😂
Hayyi dhiraa ethiopia sobu malee boru karaa waaqayyoo durti nani gaftame jedhe hin yaadu.
Motummaan kanarratti hojjechuu qaba
Biyya ambaa kanatti dubartiin kabaja qabdi
Dhiirri Ga'eela otoo qabu Jireenya namaa karaatti ambisu
Dubartiinis seera malee jireenya namaa kan diigu/diigdu seeraan otoo adabamanii biyyi keenya hiyyummaa irraa bilisa baati.
Kana keessatti Dubartiin bay'een da'ima qabatanii karaarratti yoo kufan argama dhugaa bay'ee garaa nama nyaattii😭😭😭😭
😮😮😮😮😮Ayii garaa nama nyaati jireenyuma dhiraa garaa jabaata
Nii gagaraani plslak isii nu maaxasaa❤❤
Dhugaa kee jeete saamu maalitu waaye jaalala yaada dhiraa birale naama jibisisitu dhugumaa jeete
Ayyyiii dhiiraa oromoo garaa nama nyaatii😢😢😢😢
Wayyo yaa dhalaa yoo jaallatte ija hin qabdu!Namoonni nama dhugaan isaan jaallatan mufachisu kan harkasaanii hin argatu dhugaa
😢😢😢😢😢 Gagaramuunqaaadii pls lak isii nufii maxasaa ykn midaaha biraa iratii dhiyatayuu qaabadii😢😢😢❤❤❤ Hii dhiraa oromoo
Dhiironni shamarran irraa dhalattanii shamarran irratti gochaa akkasii immoo dalagdan Waaqayyoon ofirratti sodaadha isin gaafataa guyyaa tokko!!
Obboleettin Kun gargaaramu,jajjabeeffamuu Fi gorfamuu qabdii!
Qalbiinii Fi hamileen ishee cabeera garuu Waaqayyoo akka seenaa ishee haaressu Nan amana!!
Wayyoo dhiraa kan gaaruu maalumaa nama mituu isin warii dhirotaa kunii gaaruu 😭😭😭😭😭
Homaa mitt bareedduu koo har'ii boruu mitt jabadhuu waaqayyoo gaariidhaa eshii ayii dhiraa baraa kan 😭😭😭😭💔💔💔
Jabadhuh oboletiikoo jiilan hamadhaa jedhanii waqaayyo lamaa siimidhiin jabatee milkoftee namaa mucakee gudiifatuu siihaa godhuu waqaayyo yaa lammikoo Warren hotelaa qabdaan ogumaa ishee kananii hojii egalchiisaa hin barba barii
Obsii damma too nama yeroo Amaa amanuun hin fataa guyyaa tokko si darbaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhiirri bara kana obboleessaa seexana kan garaan dhagaa icciiii😢😢😢😢😢
Jarrii obn namaa garagaruu hin bekkaanuu gamaa ebs demii obboleettii koo 😢😢😢😢 gargarsii sif godhamuu qabaa😢😢😢
Abshirii oboletii tiyaa jabadhuuu rabii is haa gargaruu ishallaa 😢😢❤❤
Akka EBS sanatti osoo nama akkanaa gargaree obninis pls 😢😢
Uuuuuuuuuuuuufffffffffffffffff dhugaa nama jabdudhaa mocayoon tun jabefamuu qabdii
Senaa kee bayee garaa nama nyataaa sistu koo hin darabaa azoshii❤❤❤
Nama arsitan dhugaa malif hin gargare 😢
Obsii Rabin sihagargaru obletii tiya 😭💕💕💕💕💕❤🎉🎉🎉🎉🎉
Dhiirri Oromoo jaalala beektu abshir😢
Wayyo yaa hadhoko Waaqayyo sii kiisaa jabadhuu ofii jabeessi yaa dhirra 😢😢😢😢😢😢
Gar gaaraa hin gar gaarraa Oromoo 😢😢😢😢😢
Ayii Abshir sanyiko numaa dabartii ishaa Allaaha dubartii miskinaa walahii 😢😢 dhiraa tanee rabii isiiniraa Haa qabuu ishaa Allaaha Garaa naa badee 😢
Ufee Hadhoo Koo😢😢 Amsri
Woyyoo jirenyaa lafaa kanaa 😢😢😢
Yaa rabbii koo malf garuu hamenyii namaa😢😢😢
Ok gafii gootanii eega hujin barbaada jette hujii uumaafii 😢
RAABIINI IMIMANI ISHII KANAA LAAFAA HIN DUUBUUSINI
Waaqayyoo sii haa jabessuu kodee 😢😢😢
Uuuuuff senaa garaa namaa nyatuu wly abshir hadhoo tiyyaa rabbummaa jiraa 😢😢😢😢 dhiraa oromo jechuun saredhaa
Maaloo akkamiin gargaaruu dandeenya?
Icitii nama baasisuu fi boosissuu qofa osoo hin taane gargaarsas taasisaafii
Dhiraa argaa isaani dhugaa maaaif shamaran mitii dhamaran hadhaa obbolleettii intalaa keessaan garaa naa nyaatee dhugaa
Please of eeggadha namoota gadhee akkarraa
Warrii obn kunii maliif warraa kana,irraa hin barattan warraa,akkana maliif gargartaan ebs,lalamee
Midiyaa biraa woli gargaree bakaa muldhataan woli gayaa kani oromo domaa gargraa namani gargaruu barbadanis hin jedhaan
Ayii carraa shamaraa😢😢
Baay'ee garaa namaa nyaata wlh
😢Ayii dhalaa namaa
Ayii caraa shamaraa 😢😢😢
Amashir qalii hawii kee galamaa nii getaa kani amaa duraa barumsaa sif haa tauu😢😢
😢😢😢😢😢Qaalabii namaa caabadii uuufiii
Warri obn gargaaras gootumo Zim jetta oduu guurtu midiyaa biraratti namni akkana kun yeroo xiqqotti jijirrame deebisani muldhisu warri yuutubiyyuu jechuudha
Dhugaa ketii wlh bayee namaa arsaa kaa oromaa jalaa rafamaa oromo kenaa
miciyoo kana gargarun fedha 8331 telefoni kun nafhinsenu
8331 yj jechuun karaa miseejji bareessitudha malee karaa bilbilla muu mitii
Uuuuuff 😭😭😭💔😭💔😭 bayeetokoo Gara Nama nyatii
Ayii bayyee garaa nama nyaati dhugaa
Huma miti 😢😢😢😢
Waqayyoo seenaa kee haa jijjiiruu jabduu tiyyaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢Yaa dhiraa ama
Senna gara nama nyatudha rabbi sif jira 😢😢😢😢
Adanechii abbebe biran gafi adara kesan ha jajabesitu
😂😂😂😂 nama ajja'ibba
😢😢😢😢😢😢😢Abashairii 😢😢😢😢😢❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😭💔😭😭😭
Waaqayoo Yaa dhiraa kaana muulata shaamarani kaarati haabisudha hoojin keesaani gaatin keesaan sinif kenaa waaqayoo
Waaqayoo siif Yaa gudisuu jaabadhu ati dubariti cimitudhaa waaqayoo seena Kee jijiraa
Kanaafuu Allahan hiriyyaa seexanaati yoo jennu.ragaa waliini😅😅
Pls Qararani yaa OBN nama akkana
Uuuuuuuffffff yaa ilmaa nama 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Haala itti gargaaramtu osoo mijeessitaniifii gaariidha warra OBN!
Obsii haadhoko guyaan kuni akka senaati siiraa daraaba waqaayo sii yaadata abdii hin kutaatin
Garigaramu qabidi please lakofisa bilibila eshe kessani nafi baresa
Ommaamitii❤❤❤😢😢😢
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤🎉🎉
Wayyoo caarra keenyaa 😢😢😢😢
Uuuuffff ayyi dhala nama😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Jireenyi ethiopiayyu mataa isaatti rakkiina, maaf rakkoo 2ffaa waatti ta,aa namani jaabdhu koo ati jabaadhu
Nama arsu wori obn
Bareeddu koo😢😢
😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔
😢😢😢😢💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰🥰
Bay,ee nama gaddisiisa dhugaa
uuuuuu yaa dubaartii
😭😭😭❤️❤️
Ani hin herumuu namaa meeqa ergate midiyaa kaniti Kani akkasi kana Uuuuuuuuuffffffaaa 😭😭😭😭
Waqayyoo ofundura buufadhu herumii dhirri hundi walqixa miti
Dhiraa natii fakataa atii 😢😢😢
Jazabaa kaa fakenyaa isituu sit muldhatee horii😡😡
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢
Anani hadho koo🥹🥲
Abshir Oboleetii koo guyyan ni darbaa
Ummanni ni gargaarra jedhaa jiraa yaa worra OBN lakkoofssa maxxanssa
Midhan nama homa miti rabbii rakoo kan kesa si ha basu oboleeti ko ani mucati tan gargaruu barbada kara kamin gargaru dandaya me naf hima wrii modiya kan please ?🙏
Loqoda harargee hinaasoytu garuu ati harargeedhaa?
Istadiyemin midia kana maf nama dabaraa😂😂kessuma lalun namitin toluu.ijollen TH-cam hojatuu kana caalaa iddo video itti hojatuu midhagsitii.umataa jezbaa.....
Ishoo bareduko ergati jijiramte ilalemayun beku dhugaa hamdiyan hin tatu
@@Mixaadiribaa hamdiyan mal sigoote 😁
❤❤❤❤❤😢😢😢
Uuuuuufiiiiii😊
Ayii😢😢😢😢
Gargaaramu qabdi
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Akanan.bilisumabrbanaa
Muuziqaa intro irra jiru kana jijjiiraa akkuma duriitti dhiyeessaa maaloo
Uuuff😢😢😢
Wayyoo gara nama nyataa dhira kana rabbi lafa kana irra yaa dhabamsisuu, malo account ishii malif hin maxasituu hin gargarra
Wayyo akkam gara nama nyatti lakk tesisa hingargara