Xiqatee ani ka beeku wojjata nama 3 mana qabalee maqaa ofiiti ka jijiratee fooqii irratti kafate ykn ijaratee bekka Rabbiin haa dubatu waan worra kaabinee
The community has to give emense support for this honest and energetic Mayer of assela. Then they will see the result I wish God to give him the wisdom which helps him to solve all the problems peacefully. I hope he will do it.
This Meyor is far better than Burayu sub-city leader., maalif jennaan dhugaa jirtu ni amana, tarkanfii fudhachuuf qophaa'adha, namummaan itti dhaga'ama akkasumas dendeetti cimaa qaba. Hogansa akkasii nuuf haabaayatu
akkamitti afan oro haga Amma hin bane yokin hin barsine 3saddi qoffa jechun maalli jechadha achitti mitti fifine kesatu meqatu jirra Malli hojjataru jechadha
Harkiis diina pro Biraanuu Nageenyaa akka yaadaafi aka qaama miiraatii bultiinis gzxAnawaar together teeeessuma lafee laftis Ramadan Karim sawsaw Maashaa'Allah fedhiin lubbuu gzxjaafar Alii kan mariif taa'ee fi kan mariin taa'ee world cup Dr Ilmaaniin keessummaa Allahu akbur fedhiin lubbuu maqaanis lubbuu Sadaat Nashaa jirraa Dorgaa dorgee On Sunday night kan argurraa jirraa ka beekuutu Beekumaa waraana kurreejilbaatiif from Dr Abiyy Alhamdulillah caalaa
Anwaar Leencaa koo nuuf jiraadhu 🥰🙏🏻
Sa'atiin gahaan kenamuu qaba caayaa f
Rakkoon magaalaa Asallaa dhugaadhumaan heddudha. Dubbatamee hin dhumu. Bishaan, ibsaa, qaala'insa gabaa, mana jireenyaa, geejiba, tajaajila barbaadamu dhabuu, loogii, hanna, balfa, kkf. Warri OBN garuu galatoomaa. Fuuldurattis jabaadhaa akkasitti hojjadhaa!!!
Anawar anii duraa OBN inii jaladhuu amaa simafuu jedhee laluu egalee jabadhuu hojadhuu hojii baredaa
Gaafileen dhiyaatanii fi deebiin deebi'e madaalarra yoo kaa'ame wal hin madaalu! Anis mee taajjabbii koon itti dabala.
1) Rakkinni bishaanii magaalaa kana keessa jiru dhabamuu bishaanii qofa natti hin fakkaatu. Namoonni gaaridhaan bakka bishaan jiru dhaqanii yeroo dheeraaf aduu keessa hiriiranii baasiif saaxilamanii rakkina bishaanii yeroodhaaf darbuuf jedhanii gaafa obsanii eegan, warra bishaan qaban sana naaliif namoota bishaan dhabanii as hiriiranii waraabbatan jechuun lakkooftuu bishaanii akka jalaa fudhatan sodaachisuun namoonni bishaan akka hin waraabbanne godhaa jiraachuu isaa arginee jirra.
2) Bishaan uumamaan jiru isa Aarduu jedhamuun beekkamu sana namoonni mana ijaaran rakkinni bishaanii guddaan waan jiruuf warra gaaritiif qarshii kafaluun waraabsifata. Yaa tahu malee bishaan uumamaa kana gatii bishaan dhugaatii gurguramuun bittan malee waraabuu hin dandeessan jechuun jaarikaanii tokko qarshii lamaan akka bitan, san tahuu baannan garuu bishaan waraabuu akka hin dandeenye yeroo dhoorkan argame. Qaamni kana raawwatu waajjira bishaan dhugaatii magaalaa Asallaa irraa akka tahe chaappaan isaanii ni ibsa. Bishaan uumamaan yaa'u yookiin maddu baasii tokko osoo itti hin baasiin gatii bishaan dhugaatitiin gurguruu jechuun maali inni?
3) Karaan magaalaa keessa jiru osoo hin hojjatamne, keessattuu karaan mana baruumsa tokkummaa fi aspaaltii sheelii ganda saddeet biraan darbu osoo hin hojjatamiin magaalaa keessaa qarqaratti ol bahuun coble stone hojjachuun hagama amansiisaadha?
4) Qulqullinna magaalaatiin walqabatee magaalaa keessatti namaoonni tajaajila adda addaa kennan kanneen akka buna jabanaa, manneen nyaataa, suuqiiwwan gara garaa, wantoota faayidaarraa hafan boo'a bishaanii fi karaa gubbaatti gatuun yeroo qisaasa'ummaan qabeenyaa fi fayyaan namaa rakkoodhaaf saaxilamu ni agarra. .............
5) Dhimma rakkoo hoji dhabdummaa furuu irratti, namoota haqaan ragaa barnoottaa qabanii fi dandeetti fi muuxannoo tajaajila lammummaa oolu danda'an osoo hin taane namoota ragaa sobaa qarshiidhaan bitachuun akkasumas document foorjidaan hojjatantu irra carraa argataa akka jiran beekkamaadha.........
6) Dhimma barnootaa irratti, barnootaaf quuqamni osoo jiraatee baraa bara 2013 qormaata biyyoolessaa fudhatan baay'inni isaanii 300 ol ta'an kan mana barumsa tokkummaa qofa yoo fudhanne kan darban ykn qabxii yuuniversiitii galchuu danda'u kan fidan barataa 26 qofa hin tahu ture.
.
.
.
.
Itti fufa!
Yabooti!! Adaabbaa Arsii lixaa nuuf caayeessii
Ramadan Karim sawsaw Maashaa'Allah biyyeettiis Ramadan Karim freeDirqama kurreejilbaatiif hoggantoota ABO
Seerrii lubbuu Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see kolfaan dhumnee hiriyyaan yaadaa dhagahi gzxjaalannee Gammadaa harkiis dhaqqabii garaafi Onneen nyaataanis aswrwb
Malamaltummaan magaalaa asallaa addaa akka Oromiyaatti
Hanga har'a hin sirrane wayyeen gammoo managudoo kan OBN MEE IRRAA DEBI'E HAGAFATU ESSAA AKKA GAHEE
Asallaan oromoo oromoo hin urgooftu! Aadaa seenaa fi duudhaan oromoo keessatti hin mul'anneedha! Hojjataan waajjira keessa jiruuyyu Afaan oromoo hin beekan!
Gaazexeessaan hujii gaarii hojjatte. keessumman garuu duwwaa dha.
Faayyaa Argadhuu Anuwwar Ilmmaa Sabbaa
Dursii Sabaafi sab gzx Anaw jamaal Abbaasoo Dursii Gazaalii Hashuu dirqama waraanaa barnootaa irkoodha Acaluu wal'ansaa dhibeen bulchiinsa waan tayee Drlamma Mallaszenawii har'as DrAbiyyii Ahmed kolfaan dhumnee ni qoosuu
Dhiifamaa harkiis tigrai maqaa yaaman malee hojii jibbis ifaa Saamicha Beekumsii gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb
Kanaaf yaannis waraanaa DrAbiyyii Ahmed ni dursee marii tokko shaniin
Dhugaaa rabbii Anwaar heedu namatti toltaa nufii jiraadhu🎉🎉🎉🎉
Magala Assaallaa qomce fii hatu jiraa magalaa iteyaa sanii ile pels lecaa ko .gubane
Anuwar Bayeen sii diinqiisiifanaa jabadhuu kanaa dura OBN dhageefaa chuu hin feenuu turee akkatii dhugaa saxiilaa ❤❤😅
Yaannis waraanaa qabeenyaa Aobboo Gazaalii Hashuu gurruma wawrwb kanaaf daguun arrabni Dubbisi DrIlkaaniin from government Eegumsaa johar Muhammad
Kophiin caayaa baay'ee miidhaaga
Arsii aanaa jajuu ille akka dhuuftani nu laalta kabajaan isiin gaafana
Haasaan namichaa wannni jalqabe jira waan jedhu qofa kuni Kan agarsiisu bulchiinsi magaalichaa hojiitti akka hin jirree ifa.
Kun qanii gudaa oromoof oromoon maaqa qofan jiraa malee oromoon lafaraa jiruuu 😭😭
Xiqatee ani ka beeku wojjata nama 3 mana qabalee maqaa ofiiti ka jijiratee fooqii irratti kafate ykn ijaratee bekka
Rabbiin haa dubatu waan worra kaabinee
Jaltamitotaa ijolee oromo koo asumani mati naf tayaa 💯♥❤👌
Anchii kahattuu koottumee na bira
@@salaletimes444 kkkkkk mali jete
Magaalota Oromiyaa hundarra deemtanii rakkinna hiikkamuu qabu akkanumatti akka nuuf dhiheessitan kabajaan isin gaafanna. Nuuf jiraadha
Plc plc kantibaa magalla Asalla anwar ati nu dhiyesii Malo Maloo anwari
Nuuf bubbuulii aboo, Gazixeeessa keenyaa
Seerrii Nageenyaa sawsaw duunus international dursii Sabaafi sab Eegumsaa
abboo Anuwaar Malloo Sandafaa Bakke nuu lallii
Harkiis diinaa hojii eegan Beekumsii biyyeettiis du'aa dhoksaa ni mooyee AmaneeBadhsoo international aswrwb.
mootummaan biruma lafallee
Gazexeessan hundi akka kee kanatti kutannoon osoo hojjate na gammachisa
Anuwar sii jallana abdii saba gudda sandafa bakkee sii egnaa
The community has to give emense support for this honest and energetic Mayer of assela. Then they will see the result I wish God to give him the wisdom which helps him to solve all the problems peacefully. I hope he will do it.
Akkam naannoo oromiyaa kessatti namni afaan amaraatin barata saba achi keessa jirutu afaan oromoon barachuu qaba malee
Omg ayyi carra ummataa keenyaa nefxgn dhufaantee rra
Obn midiyaa (saglee) ummataa jabaadha furmaatatti nuf demaa
Nyaadha ijjolee teenyaa idaa baratu basa
This Meyor is far better than Burayu sub-city leader., maalif jennaan dhugaa jirtu ni amana, tarkanfii fudhachuuf qophaa'adha, namummaan itti dhaga'ama akkasumas dendeetti cimaa qaba. Hogansa akkasii nuuf haabaayatu
Anu jabadhu qaali nama ♥️❤️♥️❤️♥️❤️♥️❤️ t
Esaa ummani oromaaa achii kesaa jirtaa maana irra digaani😢😢
yaa rabbi amma magaalaan sun kan oromootii safuu warra keenya kana
የተሰራ ምንም ጥሩ ነገር የለም ማለት ነው? የተበላሸ ነገር ብቻ እያነሳ ይጠይቃል:: በዛ ላይ ገና አዲስ ከንቲባ ነው ባንዴ ሁሉን እንዲያስተካክል ለምን ያስባል:: ደግሞ የሚያወራውን አያስጨርሰውም:: በጣም ይፈጥናል::
ፕሮግራሙ የምስጋና አይደለም
Garaa Eegumsaa qaaliidha Aswrwb Addee Caaltuu Saanii yelawaka BiranuuNagga
Fayyaa argaadhuu qaalii kennaa Anuwar 😢😢😢😢
Rabbii si'aa haa tisuu Anwaar kennaa
Yoo yaadaa arrabni aswrwb ilkaan mooyuu arafaa ardaa marii mallaszenawii karaa dhufee kijiba Beekumsii Eegumsaa dursee
Warii qobbii cahaa galatoomaa ❤❤❤❤❤❤❤
Gazexessaa kana jaladheera♥️
Gazexessan siri miti gafete dhegehu qeba hin dhegehu hin obsule
Beekumsii hundee Eegumsaa dursii hawaasaa osoo beeknee ba'aa Seeraa
Caayaan hojii shimallisiifi qabsaa'oonni oromoo oromoof dalagaa jiran hedduu caala
Gazaali ashuu hojiin Kuni si fakkattu sirraayyi please
Rakko afaan Fi bishaan baaye nuu rakkisa jira
Gazalin name densa dha hoji gudha hojecha jira
Gazexessan geru gafete name dhegehu qebeda wanuma qebedu qofa hase'u miti dhegehus qebeda
Maaloo gara Magaalaa Amboo koottuuroo sababa invastimentiitiin iyyeessa buqqisanii dallaa ijaaranii kaa'aan ilaalaa
Murtiin dhimma daandii fi maandisoot maaltu itti kennamee garuu??
Hatuu kanaa mee akkanatii salphisaa
Gaazexeessan hunduu haala Kanaän Ummataaf hojjadhaa
Biroo Barnootaa Amanee Badhso contributed from yaannis waraanaa qabeenyaa Fayyaan faayaa argii lafaa lafee laftis riqicha Biyyaaf biyyeettiis du'aa innaa lillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun subahannallah Allahu akbur yaarabbii galannii keetii..maqaanis lubbuu internationalism wal'ansaa Dhibee Dhibee dhageeffachuun imala ijaarsaOMN aswrwb ida'amuun BiranuuNagga kkkkkk
akkamitti afan oro haga Amma hin bane yokin hin barsine 3saddi qoffa jechun maalli jechadha achitti mitti fifine kesatu meqatu jirra Malli hojjataru jechadha
Kantibaa nafxanyaa argatee asalaan 😂😂😂😂😂😂
Gazaaxessa keenya galatoomi abo
Anii magalaa asalaa jiradhaa mabaratiii nuu galachuu didanii garaa gadaa 14 sanitii mabaratii akaa nuu galachanii😢😢😢😢
Asallaan naannoo oromiyyaatimiti maaljechuudha afaan oromoo maalif akkanaati diqqaata
Dhimmii kunii bakkaa hundaa jiraa magaala shager kessatuu nimulata
Jibbii ifaaScience ida'amuun BiranuuNagga kkkkkk gidduuTigrai kolfaan
Saatii uumanni komii itti kenu dabalaa kankanarraa hafe galatoommaa
Kuni waanumaa hojatu hin beekuu nyaata nyaachuu maalee
Miseensa argii beekuu Eegumsaa walumaan galatoomii
Harkiis diina pro Biraanuu Nageenyaa akka yaadaafi aka qaama miiraatii bultiinis gzxAnawaar together teeeessuma lafee laftis Ramadan Karim sawsaw Maashaa'Allah fedhiin lubbuu gzxjaafar Alii kan mariif taa'ee fi kan mariin taa'ee world cup Dr Ilmaaniin keessummaa Allahu akbur fedhiin lubbuu maqaanis lubbuu Sadaat Nashaa jirraa Dorgaa dorgee On Sunday night kan argurraa jirraa ka beekuutu Beekumaa waraana kurreejilbaatiif from Dr Abiyy Alhamdulillah caalaa
Komiif Bultiinis dhugaa gzxLeensaa arrabni aswrwb laftis irkoodha hawaasaa
Hundaa issiituu achiittii waamii kolaassii😂😂
Qorannoon kun gaarii dha garuu bulchiinsa Oromiyaa keessa isaa baay’ee ga’aa mitii kallattii kamiinuu
Gaazixeesaa keenyaa itii caabsii
Obboo Gazaalii Hashuu Hashuu laftis Ramadaan Mubarak ilmaaniin keessummaa achumaan of Caqasii du'atasaa hayyuun Gaaddisaa Emergency Medical Doctor osoo deemnee UstazKaamil Shamsuu international aswrwb yaannis waraanaa qabeenyaa wal'ansaa Qalbiinis mootii lubbuu DrAlii Birraa gurraaf Jimmaa Yuniversity wal'ansaagzx Abiyyii Ahmed Beekumsii dafee Eegumsaa dhoksaa Dubbisi subahannallah gxz Anawar Jamaal Haajii aswrwb dursii qalbiin qabeenyaa dhoksaa Yaannis hidhaa qabuu .Biyyaaf wal dhagahi congratulation
Amanitaani askesaa hin jiruu 😂😂
Ji'a lama😂😂😂😂Amma waggaa meeqaffaadha no change
Very good aid
Gaziixeesaan bayee garidhaa
Yaa anawar koo yaa kabine gada lali
Guyyaannis Gaaddisaa du'a dhageeffachuun imala ijaarsa Magaalaa Asallaa Geejjibni yaannis waraanaa qabeenyaa Wal'ansaa general counsel to discuss Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii gzxArrabnii injifannoo hawaasaa ida'amuun mandisni Beekumsii Eegumsaa dursii Barnootaa aswrwb
namoota atigafate amaantii dhabataa tokko qofati elalchis kanuma : :
Akkam jirtu nagaha gaaffiin dhimma hawaas dinadge irratti rakkoolee xixiqqo hiikaati Ani kan jedhu buufanni xiyyaaraa nuuf mala kanaaf bufanni xiyyaaraa nuuf ijaaramu hin qabu?
Arsi lixaa anaa gadab hasassaa
Seeraa Seeraa eegiif Ijaarsa ida'amuun mandisni Alhamdulillah ija yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa gzxNa'imaa Umar aswrwb gzcAbraham Birruu Birruu dursee dhibeen of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin Dhibee defense Saud Bultiiniswaraana waraanaaf gurruma wal'ansaa OMN
Harkiis diina gaafa taa'ee marii beekuu began gaafa Eegumsaafi Beekumaa waraana deemsis Ramadan Karim Ogeeyyiin fayyaan badri dhorkaa ijaarsa Obnoxious waraana to see OMNIPRESENT CHARACTERS FROM Qaama miiraatii fi Qalbiin waraanaa fuudhii function funyaan Gaaddisaa waraana Galatoomii Alhamdulillah hojii Hayyuu Obbo Gazzaal Harkiis dhaqqabii Garaafi Onneen Maashaa'Allah biyyeettiis nyaataanis kurreejilbaatiif Gaaddisaa biruma Qabeenyaa sawsaw/yaadanis hiriyyaan nafaafi lafaa lafee goototaa internationalismjkl???Debratsion
Harkii hojii mooyee
Aswrwb seerrii yoo dursee namni aaruu
Asallaa jechuun magaala Oromiyaa hin fakkaatuu dhugaa. Magaala itti Afan oromoo du'eedha hin sobiin Kantiiba
Lafaa nafaa eeggadhuu Qeeyis Balaay Mo'ataan qaama miiraatii gurriis Gaaddisaa waraana ummataaf biyyeettiis biruma injection ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee Qeerroo fiqarree Sinodoosii Office dubarttoonnii garaa/Obbolummaa
Malikuun,ibbo salpinaa
Santu Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa Maatiin Bulchiinsa lafaatiin Bultiinis Gaaddisaa
Dubbiin hayyuu fayyaan Dhibee dhageeffachuun humni dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan faayaa yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi ijaa
Rakkoo ofiituu argineeTplf Beekumsii Eegumsaa Biyyaaf irkoodha jannaataaf deemsis........
Dhugaa oromo basi
Anawaar jiradhuu
Hawaasni duutis Seera beeknee gzx Jeequmsi Immediately Tilahun harkiis badii marii Riduwan Hussein lafa self esteem Saud osoo deemnee hojiidha=yaada kalaqa kadhadhaa Jeeyilaan kedir Hussein biruma aswrwb Ollaan gurruma wawrwb Qalbiinis waraanaa
Jeequmsaan furmaanni jiruu.of eeggadhuu lollis ifaa kurreejilbaatiif Beekumsii Eegumsaa deebiin Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa humni dhageeffatu qabsoo hin jiruuu.seerrii dursii onnee Nageenyaa sawsaw gzxArrabn Dirqama Dirqama odeeffaannoogurriis zinnaash dugdaa Tarbii nyaataanis nafaa
Deebi'ee argitee gzxAnawaar gzxAnawaar Jamaal Abu musa'ab guyyaannis Gaaddisaa ummataaf jeequmsaa dafii fannoo gurriis dubbii dhagahi hinarginee zinnaash ibiddiis
Jechama keenna taajjabbii Dugdaa wework together Dr Abiyy Ahmed DrugIlkaaniin arrabni daguu aswrwb ilkaanumaa
Gadi bu'uu.
Jabdhu.
kuufama Fakkeessitootaa
ee oromummaaf dalaydani argine gantoota.