Ani bayeen ofiti gadda egaa koo darbera Ani addaran sinitti keena waa na dhagahaa maloo shamaran bilbila in fayadamne ykn tivin injires jiru ykn ijoolee badiyaa yaa lamikooo wan kana suta in jedhinaa karadanda'amun gorsu yalaa maloo Ani intala badiyan ture Kuni hundiyuu anarati wan ta'edhaa😊
Heduuu galatomii 😭😭😭😭 hiriyyaa sobaa kunii na irrayyu gahera 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔 sobaafi ni kakataa ni sobaa ni fakkesaa dhugaa sobaa fakkesaa wan hundaa ni fakkesaa ni soba 💔😭😭
Kkk hatu jedhin kun gowomsa male jalala mit ira ofii qusadhu dhuga oso an ta.e wojinu dubadhu dura ma fudhe debise ati dalga qabda beke kadhaf dhufe basi bilockn gadhe woyit
Obboleeti kiyyaa addara of qusaadhuu jalala keef osso hin tanne birr kee barbachaf siiti dhufee .Duraa maaf sii dhisse otto jalala kee qabatee tassa shamare biraa ilaalu hin dhaquu turee kan fuudhu dhissiti maalifu nama sii dhisse adda baatani dubara biraara ilmo godhatee ati akkamiti amante siin fudhaa yeroo siin jedhuu of hin rakkasisin dhirri isaa male hin jiruu inni bakka deemu deeme dhalche siiti deebi'e atii achuma teese egdaa isaayuu maati kee biraa dhaquf birr sii gaafacha jiraa maali kun biinensa gowwa boolati lama waranuu jedhuu kan sii fudhu dhissi kara inni ba'eraa hin ba'in qaali tiyyaa😎
Anii gafii qaba fakenyaf anii jalalaee dhuga qaba turee garuu yeroo isii guya bayee arguu dhabuu hin lola jecha ishii hin fudhuu nii quxesa yeroo bayee matan na ciqama wan taef garuu huduu sababa ishtii debii kan naf debisii

Dr jaalalaa fagoo akkam bekku gaaruu
Karaa wospii nafii baresii anfii haraa midhamee ykn gachuu ta'uu dadaa yadaa koo iraa sinifiin hiraa 🙏💯✔️
Mashalah jabadhuu haluma kana itti fufiiiiiii😘😘😘😘😘✅
Thank you
woooow 👌❤m&a
Galatoomaa❤Ani hiriyaa ulaagaa kana hundumaa naaf guute Nan qaba . Kuni yaada dhugaadha
Mashalaa.dhugadhaa❤❤❤❤❤❤
Wa❤❤❤❤❤
Jaalaleni kiyaa yeeroo Hundaa nafi hin bilbili garuu si jaldha nani jedha Ani garuu yeroo bayee sagalee issa dhgu fedha
Dhugaa ketii wolaahi bulii ❤❤😊😊
Galatomii / waljalachuu kenyaa ykn najalachusaa yeroo hundaa namotaa ykn hiriyootaan saa hundatii nihasaa garuu iciitii anaf isaa giduu jiruu namatii hasauu hin fedhuu naf imii biro aderaa🙏🙏❣
Oke
Bay'ee Galtmii Yadaa gariidhaa ❤❤❤
Hirriyyaa battuu rabbii namaara haa qabuu
Maashaallah Maashaallah 🥰🥰🥰😙👍👍👍
Raabii jedhii naadebiidii. Nama jaaladhee atoo hin atii nama jaalatuu baayasaa. Gaaruu jaaladhee miilka hin baakuu. Achumaa mucaa. Biiyaa dubaa jituu tokoo jaaladhee jaaladhee. Maatii nabasii jeedhee sabbaba basyiisaa biirii nakenii nawii akanumatii jiiradhuu maalee waanaa guduraa tokoo yaduu mee dhugaa naajalachusaa maalitaa baakaa raabii jedhii NAA imii. Waalii waa baayee tataa maalaa waabayee kaafaleraa
Namni sababa bayyisu kun bayye rakko qabaa
Barriif jireenyi kee yaa eebbifamu dagagii nuuf jiraadhu itti nuufufi❤❤❤❤❤
Wwww sabona keenya atii nama cimaadha barumsa gaarii nuf dabarsa jirta galataa guddaa qabda haaluma kanaan itti nuu fufii❤💪💪🙏
Galatoomi jabadhuu❤❤❤❤❤
Raya
Dhugaadha ebbiifaamii
Galatoomii obboleessa ko itti fufi hin dhiisin wayee kana ♥️♥️🙏
Anadhufu baga nagani dhuftani Dhuga keti yadaa eduu iraa barnudha jirrnya ofi kesati afani qofani wali balesuu osoo hin taane dhuga beekuu garidha yaadaa bareda kanafi gudaa sa'aa ulfadha💋💋😍💕💞💔💔
Wwwwwwwww gorsaa bayee kessa hubanee eddu sin galatefanaa ❤
Nama laamatu najallata laaman isaniyu amala garii qabu akkamin adda basuu nama gara fuldurati gammachun wajjin jiradhu
Ani nikaa qaba garu Ama biyya Alla jira waga tokoo walin Aja hiras walli ture garuu biyya Abadhufe waga3 fixeras utun biyyi hin gallin
Jalaalee ko kanani woli baree wogaa Sadii lakosise amataa Lamaha akka oboltifi obolesati wojini qmunagara wolini Haomun Amata sadafarati jalaalala dhugan nagafate Anisi olee buleni jalaala isa qbalee yaro dhura bayee narah hni fagatuu tur hama garuu masmara hduu fayadmun Lama cufun tokkon hasa ani garuu durani hni bekun tuere hama masmar san gafa itin nafi bilibiluu kanuma isa tee hamasi karah efibi isatin misegari Fesbuka isalee adi isa jala Na basee hamasi yeron gafadhu AKUMAH INI TEEN WOLALEE NAJEDHA AMASI MALATO yaro nifi hni kenu dalga jedha hamasi hniriba jechun hal ada calqisisa yero gafadhu kakudhan Simalee hni qabuu najechun Akami tuu mali najetuu
Devin egadha
Miskina ko ofi jabesi ira fagadhu yosi jalta ta.e ofiti Amanuma ke Arge inu deba siradhu jedhiin yo dide kan isaoli akka jiru bekki itti gadiin
Mashalha.mashalha
Dhugaadha jabaadhuu👍👍
Galatoomi
dhugaaa jetee obbolesaa kenaa jalatamafi kabajamaa nufi jiraadhuu
Galatomi gudda isaa gossake bayyee namati tolaa❤❤❤❤
Waww
Galatomii qalii barumsa garidha 💞💞💞💞💞💞💞🥰🥰🥰🥰👌
Heduu namati tolaa .rabbuma jalallii.bara kana sobatii cala .maltu bekaa.rabbiin male
As wr wb mashaa Allah rabii siraa hajalatuu
Galatomii jabadhuu saynii ko
Yoo biyyaa adda jiraatan hoo fageenyarra
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 Nuf jiraadhu qalliiii kenna
thank you tiruu koo
Dhugaa ketii 😊😊😢
Thank you 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
👍👍👍😍 Tank you 😘
Galatoomaa ❤Ani hiriyya ulaga.kan hunduma na gute qaba dhugadha yani wa hedo nu barasisa jirta galatomi
Jabadhuu hbb galatomii
Dhugga jette broo 😢😢😢😢😢❤❤❤Annan naa mudatte jira
Nuf gaalatoomi jabaadhu
👍
Ebbifama Dr mee warra fageenyarra jirani nuuf ibsa
dhugaadhajabadhuu
Hayee
Mashaallah waa bayee sirra baradhe nuuf jiraadhu
YAdda kee irraa waan bay'en baradhee dhugaa ❤️😍
Dhugaadha aniile argeera waan akkan
heduu galatomii sanyii🥰🥰🥰🥰
Galatomii dhugaa❤❤
masha llha masha llha 👍👍👍
Waqaayoo si yaa Eebisuu
🙏🙏🙏🙏
Mee wareen fageenyaaraa jirataan mal jetaa naf imii bls🙏❤
Galatoomi yaddaa gaariin baradhee asiraa
Garidha
❤❤❤❤❤❤❤
Wow😢❤
❤
Akkmi jirata nagamami
Gaalatomi jaalalee koo garuu kan hundaa naf rawaata ani garuu nan shaaka mal naf wayaa
Galtomii👍👍👍
👍👍
Me pilisii namota fagenya era si jaladha jedhu mali jetaa😢😢
Gudaa galatomii yaadaa garii ketiif 🙏
jabaadhuu
👌👌❤
Eyee kunilee bilibilasi nama na wali jira jedha wanii heduu kijibaa 😭
Galatomi👍
Ishii
👍👍❤
Galatoomi baayyee irraa baradhe
ulfaadhu bro video ke kessatti iddon jiru of ilaalera.
Kanii fagoo ykn biyya biraa jiruu akkmitii bekkanii
Galatomi Sanyi keenyaa
Anafii jalaleenkoo wgaa 2 wal jalanee wal difnee ergass bodaan an garaah biyaa arabah demee jalalen ko san jartii biraa fudee ergaa fudee daimaah takaah argataaniin bodaa waldidanii adaan demaanii bodaah ini bilbilaah ko barbadee natii himee wnjiruu hundahuu ergasiin bodaah yeroo jiaah 5 waliin waliin waliin hasofnee bodaah akaah najalatuu natii himee yeroo deraa wliin turee bodaah sin fuudaa nan jedee oto waraah kee hin hiknemoo jenanii isi akumaah hikamtetii yadii nan jedee anis shakiin nakessaah dufuu egaltee hayee demii waraah kenaah nah daqaduun jedeen ininis wanin waraah kesaan itiin daquu harrkaah hinqabuu nan jedee anis dubaa akamii jedetiin gafadee birii naf ergii nin daqaa warraah kessaanii yeroon arkaadeen sif debisaa nan jedee .meee namnii kuun najalatamo akamii????🤔🤔🤔mee yadakee beberedaa 👌akaah vidiolee ketii kanan nagargarii obolesakoo💪💪💪💪nin ergafmoo akamii mee birii an naf fudataah naf qabchuu didee yanii konii 🤔🤔🤔🤔🤔
Inii. Birii Kee Jalatee itii hin erginii. Bareduu koo Iraa ufii qusadhuu. Kunii. Yadaa kotii. Yoo balesee. Dhifamaa gudaa
Kkk hatu jedhin kun gowomsa male jalala mit ira ofii qusadhu dhuga oso an ta.e wojinu dubadhu dura ma fudhe debise ati dalga qabda beke kadhaf dhufe basi bilockn gadhe woyit
Obboleeti kiyyaa addara of qusaadhuu jalala keef osso hin tanne birr kee barbachaf siiti dhufee .Duraa maaf sii dhisse otto jalala kee qabatee tassa shamare biraa ilaalu hin dhaquu turee kan fuudhu dhissiti maalifu nama sii dhisse adda baatani dubara biraara ilmo godhatee ati akkamiti amante siin fudhaa yeroo siin jedhuu of hin rakkasisin dhirri isaa male hin jiruu inni bakka deemu deeme dhalche siiti deebi'e atii achuma teese egdaa isaayuu maati kee biraa dhaquf birr sii gaafacha jiraa maali kun biinensa gowwa boolati lama waranuu jedhuu kan sii fudhu dhissi kara inni ba'eraa hin ba'in qaali tiyyaa😎
ammaa sin jalanee Birr Kee Jalatee Malee Kanf Ofi eggadhuu Obbolleettii Koo
Galatomi gorsa dhugati.
Galatoomi
Galatomi
Yadiin kee baredaa itt fufiii like👍👍👍👍
Anii gafii qaba fakenyaf anii jalalaee dhuga qaba turee garuu yeroo isii guya bayee arguu dhabuu hin lola jecha ishii hin fudhuu nii quxesa yeroo bayee matan na ciqama wan taef garuu huduu sababa ishtii debii kan naf debisii
Galatoomii ergaa guddaa of keessaa qaba baranooni kee
👍👍👍😍😍😍
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Sii dubbisuun barbaade bro kiyyaa Kara kam sii argaachu danda,aa
😍❤😍❤😍❤😍❤😍❤😍❤👈
Galatomi😢💔💔
𝗠𝗘𝗘 𝗝𝗮𝗯𝗮𝗱𝗵𝘂 𝗡𝘂𝗳𝗶 𝗵𝗶𝗺𝗶𝗸𝗮𝗮
Z
Nama jaalannu tokko salphaati dhiisu dandaadha?
Gaalatoomi waan gariin sirraa baraadhe
Kiyyaa imoo akkani isaa wajjin akkani jjiruu namanii akka bekkuu hin barbaduu
Kotisii. Akasii. Malifii. Garuu
bro warra dhiirafiis nuu hojjeedhu malee
Bayeessa
Dhugaadha jabaadhuu👍👍
Gltmii👍👍👍👍👍
❤❤❤❤❤❤❤
❤