Kan amma isheen ittii deemte moo ykn ni ta'aaf ykn immo amma sii miiti miidhamtee argitaa. Isheetti haffee malee waan siitti haffee takka qabdu dhugaa. Namni jaalattamee jaalallaa irraa bahee ommayyuu deebise nama amma sana jaalattu hin argatuu. Kanaf dhisii. Nama akkanaf hin bo'iin bakka deemuti abbaa argee dubisaa demmu moo garaa jaalallaa gowwaa nama gooti bar dhugaa. WAAQAYYOO kan kee kan jedhe siif yaa keenu.
Namni jaalattamee jaalallaa irraa bahee ommayyuu deebise nama amma sana jaalattu hin argatuu. Kanaf dhisii. Nama akkanaf hin bo'iin bakka deemuti abbaa argee dubisaa demmu moo garaa jaalallaa gowwaa nama gooti bar dhugaa. WAAQAYYOO kan kee kan jedhe siif yaa keenu.
Lafa kana irratti... Gaaf-gaafii ni rooba Gaaf-gaafii aduu baasa, Barri tokko si kaa'a Barri tokko si kaasa Guyyaan tokko dukkana Guyyaan biraa ifa, Jiruun addunyaa kanaa Homaan qabu bifa Namni tokko si kuffiisa Kan biraan si kaachisa, Haalota ati ilaaltu miti Waaqa'tu si jiraachisa! Jiruun namaan guuttu Gaafii gaanii ykn okolee, Guyyaan hafu hin jiru Abdii hin kutiin obbolee!
Yaa Allah Rabbiin imammaan kee gammachun sifa deeebisu obboleessaa ko Abshir Abdi hin muratiin midhama sii'i miti isii dha male boru tu caala Gatiin midhama ilma nama rabbiin biiratis nama biratis jabadha garu jabadhu ati fuldiri kee ifa abba jalalati ati
Waaqayyoo nama ati wajjiin gammade jiraatuu siif haa kennu. Isaa darbee ti hin dhiphatiin kan dura kee jirutu caala. Mucaan sun siluma kan kee mitii kankee kan ta'e harka waaqaa kessa jira isuma kadhadhu inni siif kenna.
Dhisii jabaadhuu ishee dhuumatu booruumtaa ishee jeeqe! ati kan sif value hin qabnee dhabnee, isheen garuu nama isheedhaaf Value guddaa qabu dhabdee ! kanaaf ishee tuu kasaare!
Kan amma isheen ittii deemte moo ykn ni ta'aaf ykn immo amma sii miiti miidhamtee argitaa. Isheetti haffee malee waan siitti haffee takka qabdu dhugaa. Namni jaalattamee jaalallaa irraa bahee ommayyuu deebise nama amma sana jaalattu hin argatuu. Kanaf dhisii. Nama akkanaf hin bo'iin bakka deemuti abbaa argee dubisaa demmu moo garaa jaalallaa gowwaa nama gooti bar dhugaa. WAAQAYYOO kan kee kan jedhe siif yaa keenu.
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞💔💔💔
Waaqayyoon namaa akka garaa ketti sifi haa kenuu
😭😭😭😭😭😭😭😭🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️🥰💔💔💔💔💔💔💔
Waadaa keenya milkeessuuf
Gaaraaf tabba koree
Addunyaa jaalalaa keessatti
Damdamadhee qoree
~
Galaan baadhu caalchisee
Onnee kootti suuqqadhee
Eenyummaakoo dhaalchisee
Yaadakeen huuqqadhee
~
Jireenyakoo dhiisee
Si'in jiraachisee
Jaalala ijoollummaan hubamee
Onneekoo hiraarchisee
~
Argaakee sassadhee
Sirraa hin siqadhu
Manaa baatee jennaan_bariin dhufa
Fuulakoo'n dhiqadhu
~
Akkuma mucaa dhabaa
Suma duukan oola
Si dhabuurra jedheetan
Nama meeqaan wal lola
~
Gaarummaakeen yaadaa
Yooman fedheree cabakee?
Daa'ima xiqqoo ta'ee
Hin qooddannee dhabakee?
~
Balleessaan irraa baratama
Kankee daangaa ce'ee
Waadaa jaalalaan kabajeem
Naaf deebita se'ee
~
Onneekoo qulqulluu kana
Fageessitee gattee
Waadaakoo bool'a buustee
Maqaakoo lagattee!
~
Si biriifadhee jiraachuunkoo
Sitti faakkaatus gowwaa
Gorsakoo tuffaattee_kunoo
Qilee buute bowwaa!
~
Jaalalli jaalalaan safarama
Ati hiika biraa laattee
'Maaloo' osoon jedhuu _hojiikee
Kaasuu guutuu baatte
~
Baguma waaqni jaalataa jiraate
Baraan itti fufee
Bilbilakoo eessaa argattee
Har'a maaltu dhufee?
~
Ani namuma kaleessaatii
Hin gowwomiin tiruu
Akka feetu utaaltee_ garaan dhiifamaa
Lamuu siif hin jiruuuuu!
~
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💞
😍😍😍
Thanks broye
❤❤❤❤❤
uuui hin bohe dhuga walalo kana lale waqayo harka kee ha ebbisu ☝️☝️💔♥️💔 lammi koo uganda irra 🇺🇬🇺🇬
Obbolleessoo waqaayyoo Laphee kee ilaalee intala xawaalwaalee sii irraa kaasee ,hin booyiin gammadii malee ,waqayyoo Kan Akka Laphee kee Kan Cinaacha kee irraa siif kalaqee siif ni Kenna ,Hadhoo koo hin boohiin ,waqayyoon kadhadhuu,waangelaa dubbisii ,wa,ee ishee salphina malee ulfina hin dhageessuu ,Sababiin isaa Nama akkasitti ishee jalatuu tuffatee waan deemtef ,isheen Ilmoo sheexanatii dhisii ,Sammuu keettii waqayyoo sii haa deebisuu ,jalaallii baay,ee ulfataa ,
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💔💞💞
Dhuaa keeti simbo
Dhugaa keti
Jaabaadhu gurbaa rabbitu sirraa kaase
Alhmdulilah amantin isillama kuni nimadha utuu utu musilima tayee nikka nama toko batani tokoti hin herumani my Love musillim🥰
Alhmdulilahiii yaa rabbi galanii keetii
Kk mafi nama 4 fudhu re sobdu wayi
@@Hamileemedia99 Kkkkkkk ittii himmii 😄
Waree kan Afurri irratii fudhuu sana mitii tuuuu musiliimi🐶🐶🐶🐶🤸
Dhugaa jetee bareeduu kan kesaa meqan sanituu oto nika qabanu meqa wajiin sharmuxa olo kan ke bekii duraa kan nama mitii OK
Lakkofsa kee naaf ergii mee maloo waan rabbii hin bekkani anilee akkanatan midhamee 🥺🥺
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️❣️💔
Pls ani hunduma keessani ta.a anifi naa ta.a waal haa jajabessinu
Vision sifi godhera naafi godhi isni lamanifu godhera ano kalleessa bane
Namni jaalattamee jaalallaa irraa bahee ommayyuu deebise nama amma sana jaalattu hin argatuu. Kanaf dhisii. Nama akkanaf hin bo'iin bakka deemuti abbaa argee dubisaa demmu moo garaa jaalallaa gowwaa nama gooti bar dhugaa. WAAQAYYOO kan kee kan jedhe siif yaa keenu.
Yeroo dhiyyootti Waaqayyoo Waan Haara Siif Haa godhu Dhugaa 💓💓🙏🙏😢😢
Kotuu matii nafa thii qalii 💓
ፍቅር ማላት በጣም ከባድ ነገር ነዉ ብሆንም ግን ሁሉም ነገር ለበጎ ነዉ ደግሞ አንተ ገና ወጣት ልጅ ነህ ስለዝህ ተስፋ አትቁረጥ ለአንተ ያለዉ እንጃራ ይሻጌታል እንጂ ማንም አይባለም ፈጣር ከአንተ ጋር ይሁን
በትክክል😭💞👍
በትክክል ሰውን በሶውመቀየር ግን ከባድ ነው
@@ahlamdebele1384 በጣም😥💞😍
dhuga waqaa amantanisi amanu batanisi imimani ija dhise kokee naa hudhe mucani heddu gara nama rasa ufff 😭😭😭😭 rabbi jabina siifi haa kenu galo koo
dhugakeeti wolahi😭
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
😭😭😭🥺🥺🥺
@@kooketi7326 kotuu matii nafa thii qalii ❤
atii jabadhuu oboleesa koo bayyee nama gadisisaa kan ishicaltu sif yaa yaduu rabbii garuu garan akas hin jedhuu bekaa anuu /firiyoot ashabir godinaa salaalee
Nuti shamarran kan nu jaalatu irraa dheessina kan ofii jaalannu itti dhessina inni immoo nurraa dheessa 😭😭
😭😭ewalha uuuuffffee sila kani nu jalatu nufu waya rabii nufuha lafisu inshalha 🤲🤲☝️☝️
Lafa kana irratti...
Gaaf-gaafii ni rooba
Gaaf-gaafii aduu baasa,
Barri tokko si kaa'a
Barri tokko si kaasa
Guyyaan tokko dukkana
Guyyaan biraa ifa,
Jiruun addunyaa kanaa
Homaan qabu bifa
Namni tokko si kuffiisa
Kan biraan si kaachisa,
Haalota ati ilaaltu miti
Waaqa'tu si jiraachisa!
Jiruun namaan guuttu
Gaafii gaanii ykn okolee,
Guyyaan hafu hin jiru
Abdii hin kutiin obbolee!
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
Wayyoo jalallaa kanaa rabbii siyaa jabesuu obisii rabbii saa jajjabesuuu.kanii sii jalatuu rabbii sifii haa kenuu ❤️💔😭😭
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️❣️💔💞
Omg ya rabbii goota jaalalati ati waqayyoo sif deebii kenna obbolessa koo garuu ofii keetifis jiraadhu rabbiin obsa sif ya kennu maaloo mooneetti hin deebiti hin jedhin uuffff
Dhugaadhaa sii kan sii bosisuu jalalaa dhugadhaa garuu ana waantii bayyee naa arsee intalaa mittii mucaa intaala sana fudheetuu saree wayyiitii kanaaf osoo ana ta.e mucaa intalaa sana fudheen ajjessaa innii dhirraa mittii dhugaa ommaa mittii kana shaffoo mittii baredduu ishii caaltuu siif laataa dhisii galoo kooo♥️♥️♥️♥️💯💯💯
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️💞💞💞💞💞
Dhugaa jetee maa
Xallaanni kee gurbicha
Homaa miti koodee
@@jalaanegirmaa8300❤
Jabaadhu obboleessa koo. Baga yeroo gabaabaa keessatti sirraa adda baate, gantuu wayiiti isheen. Kan siif taatu ni dhuftii obsi.
Adunyaa har'a keessa jirru malee adunyaa bor keessa jiraannu waaqa yoo ta'e malee namni beeku hin jiru. guyyaan har'aa siif bo'icha isheef kolfa ta'uyyuu guyyaan borii maal akka fidee dhufu obsaan eegudha. tarii isheen har'a siin dhiistee isa qabeenya qabu wajjiin bahuu dandeessi. Inni qabeenya qabuummoo hamma fulli ishee sirriitti jirutti ishee waliin jiraata. sana booda ishee gatee ishee fula qabduu qarshiidhaan bitata. gafaas isheetii gala. ati garuu warra jaalala dhugaa baatan waliin jiraatta. kana dafee Waaqayyo sirraa adda baasuutti gammadi malee hin gaddiin. yoo sitti ulfaates obsii danda'i. guyyaan lamaan keessan akka hojii keessaniitti gatii keessan argattan hin dhufa. isa akka kee jaalalaaf garaa kutate lixa biiftuu irraa. Jabaadhu galoo dhiirri hin boossu!
Namni akkanaa yoomuu gadi hin dhaabatu.Knf homaa sin fayyaddu.Dhiisii jireenya biraa barbaadi pls.Rabbi ta siif taatu siif haa kennu Obboleessa❤
Silaa intaalii maratuu fakkaatii bagaa siiraa fagaatee atii kaanii kee hin dhabaduu abshirii😭😭💔💔💔💔
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Jabadhuu wa'ee ishee dhisii boru guyyaa biraattii waaqayyoo akkanii siif tatuu siif laataa
Hojii kee irraa cimii; jireenyaa isheen jiratuu olii jiraadhu yeroo Sanaa sii argitee haa gabbituu
Rabbi isaa jabeessu imimmaan qabaachuun dadhabe ani😢😭♥️
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuffff
Uuuuuuffiii 😭😭😭😭😭
Abishirii rabbii kanii sii jaalatuu siif haa laatuu kanii ishee caaltu 🥺😭🤲🤲🤲
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Yeroo baay'ee rakkoon inni yoo jaallate isheen hin jaallattu ykn isheen yoo jaallatte inn hin jaallatu. Yommuu Jaalalli gam tokko qofaan ta’e gidduutti wal miidhuu ta'a.
Garuu waanuma fedhe ta’us nama sin jaalanne duukaa boo'uun faayidaa hin qabu. Kanaafuu yaada kee haareffachuun ishee dagachuuf yaali!
Rabbii kan akaa garaa ketii sif yaa kenuu obolesa koo Abshir 🥰🥰🥰🥰🙏
Atti bakka guddaa geessa Boruu, kaanaafuu Rabbiin nama gadhee sirraa kasee. Atti jabadhuu ilma dhiiraa
Mucaan kun hin qoosan se'eem edaa dhugaa miidhameyi 😭😭
Dhugaa anuu
@@embetabera2088 .. maatii naaf ta'i qaxalee koo 😘
Dhugaadha maal qoosa
hundi keessanuu tokko. ilmaan seexanaa.namni isin amne garuu akka nama waraabessa boraafateeti.
ok
@@Tigisti-jn8xb...waaqayyo si haa ebbisu hundi tokko miti obb//sa koo hubadhu atiif namni kan biraa tokko miti waaqayyo hunduma keenya haa fayyisu atillee fayyi maqaa yesuusin ilaalchi kee haa fayyu 😳😳😳
Dhiisi obboleessoo ati amma nama jaalattu beekta malee haga namni si jaalatu hin beektu kanaaf ati amma umriin kee dargaggeessa caarraa hedduu qabda isheen jaalala jibbittee deemte , jaalala qarshiin madalchifte rabbiin immo boru miila kee jalatti ishee kuffisa namni kanuma facaase haammata ati ishee sammuu kee keessaa of ishee baasi isheen kan keetii mitti waaqayyoon siif kan teechise ni jira
Yaa Allah Rabbiin imammaan kee gammachun sifa deeebisu obboleessaa ko Abshir Abdi hin muratiin midhama sii'i miti isii dha male boru tu caala Gatiin midhama ilma nama rabbiin biiratis nama biratis jabadha garu jabadhu ati fuldiri kee ifa abba jalalati ati
Hojii ishee hin argaati? ati jabaadhuu Waaqayyoo siif waan garii siif qabaa!! hiree kan siif qopheesse jirtii waan ta'eef hin dhiphaatiin haadhookoo 😥💔🙏🙏🙏
Rabbiin kan isii caaltu bakka siif haa buusu abshir qashtii namaa😢💔
jajjabaadhu jalqabuma kana malee yoo nama bira jaalatte suutuma keessa si dhiisa abshir jaalalli isille❤️🩹🥺
Biinii mati nafi tayi 😍
Abshir 😢😢😥😥hayii jalalaa jalalii gowwaa nama gotii jedhaan miree 😢
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii koo
Mattii naaf ta.iimee ❣️💔💞💞💔
Uuuufffff 😭
Waqaayyoo Gooftan arara haa godhuf bro jabadhu kee kan ta'e ni jirti obboleso
Gooftan si jabeesssu
Wayoo dubaridhumaa ta.uu Nama jibisisaa yero toko tokoo😭😭
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️❣️💔💞
Dhirisii jiraa shamaraa qofaa miti gantuni lachuu hojii isaanii ni argatuu
Jaalalli baayyee hamaa fi sodaatamaa tahuu sirraan arge.
Garuu dhibee jaalalaa irraa fayyuuf wanti waa'ee ishee sitti yaadachiisu hunda dhabamsiisuu qabda, yeroof iddoo jijjiirrattee jiraachuu. Kanuman siif mala yaa mootii jaalalaakoo!
Abshir😭😭😭 galoo rabbi kan hiree keeti sin dhowwaatu
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii ko
Rabbi jabbina sifa kenuu dhugaa ishee ishee caaltu argatta dhugaa ishee gati akka namaa du'eetti namni yeroo jiruu kan walif hin dhiphanne gaafa du'ee nama dhimaa
Rabbiin gara jabenyaa hakenuf inshallaa
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞
Dhugadha jalatani dhabun nama midha garu obbosu qabda waqayyo ishee dhugan si jalatu sif ya haa kenu obbolee jajabadhu
Uuuuufff jaalala dhugaadha😍😍😍😍❤❤❤❤❤
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞💔💔❣️❣️
😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
Uuuùfffffffff
subscribe naaf godhu hin dagaatiin
Jabaadhu ati homaa mitii. Waqyo hojii ishe haa kennuuf. Pls warri mucaa kanatti dhihaattan jajjabeessaa.
ወዲሜለቴ የሌ ፊጠራኢነውየሌህሀቴዉደዲኪኡሱበለጌነት አይዞኪ ❤❤🌳🌳🌼🌷☝
Waaqayyoo nama ati wajjiin gammade jiraatuu siif haa kennu. Isaa darbee ti hin dhiphatiin kan dura kee jirutu caala. Mucaan sun siluma kan kee mitii kankee kan ta'e harka waaqaa kessa jira isuma kadhadhu inni siif kenna.
Yaa jalalaa gowwa namaa gottii😭❤abshir
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Akkum ati jettu... Balleessan kan ishii yoo ta'e...Waaqayyoo Si kiisa Abshiir Obboleesso Ati ammayyuu ijoolleedha.
Uuuuuuuufffeee Bayee nama gaddisiisa 😭❤
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔❣️
Waayyooo nan gaaddee dhugaa waaqa
Anii osoon Obbolletti Kee ta'ee sibirra jiradhee Hinkiit goodheen sifrebaan turee dhugaa waaqayyoo midhaamakee kanaa hin dhisii waaqayyoo 😭😭😭😭☝️☝️☝️
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
😢😢😢😢😢😢😢
😢😢😢😢😢
danda'i haadho koo!!ati jalqabayyuu baay'ee jaalatte malee baay'ee hin jaalatamne guyyaa tokko gocha kanaaf dhiifama si gaafachu ishee hin ooluu!HYZO
Ayii yaa caarraa ilmaa nama ayii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Uuuuuuuuuufffff dhiira waan jabaattetu boochisaa abshiir Sanyii koo😢😢😢😢😢
uuuufff yaa jaalalala kanaa dhiira waan jabduutu boossisa jabaadhu bro kan ishee caalu argattaa😭😭😭😭💔💓
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞💞💞❣️
ስማማ ውዴ አይሰማም ድምፄ አልነገረህም ልብህ እስኬ ምን ተስማህ ቀን ሙሉ ሳስብህ ናፈከኝ አልቻልኩም ናፈከኝ የኔ አለም ከመቻል ወጪ ሌላ አማራጭ የለም ታውቃለህ አቃለው ልባችን አንድ ነው ይድረስና ልይህ ጉዳቴ ለምን ነው በሰመመን መንገድ ያን ያህል ቅርብ ነው❤❤❤
Anchi nesh ende??
አችነው እዴ ያፈቀረው ተረጅው በኣላህ
Waqaayyoo Kani jireenyaa gammaachuu jaalala dhugaa siif qabduu siif lata dhisii obbooeessa koo Baga siraa demtee jabbaadhu ❤
Gaaloo Goota jaalalaa Abshiiri 😭😭😭💔
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💞❣️
Baayyee Garaa Nama Nyaata Dhugaa!!!!Jabaadhu ati isheen Gatiishee hindhabduu!!!
Ashirii gootaa jalalaa 🥰💪💪
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Dhugaa bayye nama maraa akka obbelesaa kotii nanii isaa jajabesaa nama biyyaa kotii wanii taheefii bibilaa issaa nafii ergaa mee waqayyo Laphee isaa Yaa jajabesuu
ወንድሜ አይዞህ ፍቅር ያሽንፋል ❤😘😥
Kotuu matii nafa thii qalii to 💓💓
Osoo tee tatee sumaa wajiin jiratii garuu isheen tee mitii kanaf kan carraa Kee hin dhabduu jabadhuu waaqayyoo ishee jaalalaa Dhugaa betuu sif haa latuu
gaaloo abishir bro😭😭😭🥰
Mattii naaf ta.iimee ❣️❣️💞💞💞💔
Gootaa jalalaa❤️😿
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💞💞
Abshir.waan.rabiin.sif.qode.hin.dhabdu.jabadhu.ishii.rabiin.kan.abba.dhugatii.borimo.sana.dhifte.dhifama.sih.gafachu.dhuftii
Abshir rabi lapheke hafayisu wolahi jalali baye nama miti uuuffff .😭😭😭😭😭😭😭😭😥😥😥😥😥😥
amshirii ❤️❤️❤️❤️
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔💔
@@saambeentertainment mattii naaf ta.iimee 💔💔💔💞💞
OMG dhugaa dubbaachuf osoo an tahee naan Ajjeesse dhugaa rabbii Obsaa akkasi hin qabu na biraa teesse abba Mana ko jetti bilbilaan hoo
Goota jaalala❤❤
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💔❣️
Akkasi
👎👎👎👎👎👎👎👎👎
Hagamaa yoo tururtee hin dhabaduu jabadhuu laphee kee irrra kasii .jajabinaa siif haa kenuu
❤❤❤😢😢
Amshii kodee kami waqaayyoo siif qodee hin dhabadhuu boruu hundumaa irree qodaa Rabbii tii atii jabadhuu
😍😍😍😍
❤️❤️❤️❤️❤️😭😭😭
Bayyee garaa nama nyataa dhugaa😢😢😢
Maatii naaf ta'i mee natsanat ko
@@caaltuutube7217 tolee 😘
Maatii naaf ta'aa anis isiniifan ta'aa
Galoo koo caraa jalalalaa sagalii namaa kuftee kunafaa 10 irraa namaa kaftiii rabbin isi sifi hin qonnee wanii tahee fi jabachuu qabdaa akkumaa isni sii gantee garaa jabatee atisi jabachuu qabdaa shamarani oromoo heduu jiraa taa isi sifi caluu dadetuu abshii ati gotaa hamilee kee ofii hin cabsinii♥️💔♥️💔🥰🥰💝👏👏
💘😍😍😍
Iboin atisi inargat
Iboini adaraaa
Balli geshoof baallii jima wal fakkaatus kan farsoof Oolu garuu baala geshooti brotheruka rabbi siif qaba wan garii
No words! 😢💯
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💞
@@amanaaQuruu6491 Ati ta'ikaa
Amishirii kerimafi inshallah rabinii Wani sifi qodee rabumaa tuu sifibekaa
Jabadhu obolesaa koo kanii waqayoo jedhe hin dhabaduu watefi
Abshir obbollessoo onnee jalalii mite jalalii ni fayyisa ishi jajabadhu
Ayzoo jabdhuu sifsii rabbi jiraa zalmnii akaa isii dhirsii heduu jiraa
Rabiiraa argataa atii. Olmaa kee isheen daldaaltuudhaa. Hojii ishee hin hargatii
Dhisii jabaadhuu ishee dhuumatu booruumtaa ishee jeeqe!
ati kan sif value hin qabnee dhabnee, isheen garuu nama isheedhaaf Value guddaa qabu dhabdee !
kanaaf ishee tuu kasaare!
DTU .Barataa suleyman huseen .muudannoo kanarraa waan hedduu barannaa galatooma qopheessitoonni qophii jaalala.
Dhalaan haadha tokko jala sagal rabbii kan ishee caaltu siif haa kennu abshiir hin dhiiphatin
Cubbuun ke yeroo gabaabaa keessatti isheef deebi'a ati ammoo jabaadhuu ishee irraanfadhuu jireenya mataa keetiitti deebi'i
❤Eegumsaa itti dhufikaa hawaasni jaalalaa asittis Amanuuf malee Amansiisuuf hin dhageenyee sochii onnee dhibeedha Dhaabbileen Fayyaa Homework DrMaqdas Dhaaba
❤❤ Beekumsii Eegumsaa mannii ifaa itti dabaltaree GZXMOONEET BEEKUMSII EEGUMSAA HIN DABRBUU MIIDHAAN WAL'ANSAA MALEE
Uuuuuuufffff garaa namaa nyataa dhugaa silaa wal bukeen fudduu waqaayyoo yeroo tokko tokko sif waqaayyoo hijiikeen garumaa si egataa ishaaf wayyoo😢😢😢😢😢😢😢😢
❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Sinbirttuu barii OBN OBN gurriis Eegumsaa keessumaa waa lamaan bulchaanii
1 Gurraa Mootummaan ogummaa Fayyaatiin/dhoksaan features Fayyaafi Eegumsaa bulchinsaa Osoo Bultiinis wal hin barree Eegumsii Eegumsii ifaa ida'amuun yaannis hidhaa qabuu jaalalaa koottuu Raajiidha christ church and muslims aswrwb mootummaan
2 Waraanaa qabeenyaa wal'ansaa yaadaan Eegumsaa jaalalarraa!!!
na dursite Galaanoo! Gad bless you! namoonni akkasii baay'eedha.
Kotuu matii nafa thii qalii ❤💞
@@amanaaQuruu6491 tole atis kaa! plse
😭azoshi waqaayyootu sifii hin hirree qaxalee koo ♥❤💖😍
Obsi rabiin kan sif taatu sif qoode jiraa hin bohin rabiin jabina isaa sif ha keenu kan akka hadha keeti sif taatu sif ha keenu rabiin sif qaba ☝️☝️☝️🤲🤲🤲🙏🙏🙏👈👈👈
Abshir bro koo jaallatani dhabuun waanuma jiruu, jabaadhuu ,aniyyuu fayyeera amma ,ulee jaalalan kana rukutame ture in fayyita,ati dhugaan demte waan taheef ,waaqayyo immoo nama onnee kee fayyisu siif kennaa
Isheen jireenya kee keessa waani deemu qabduf deemte sababnis isheeni nama sobaan jiraatudha ati nama dhugaaf jiraatudha kannaaffuu sii madaaltu abshiir ati yommiiyyuu gammaachun jiraata sababnis nama miidhu irraa midhaamu caala waani tahef abiishir galoo koo
Ati dhiira cimaa ta,ii namaa koo maalo siif kan qophoofte addaa jirtii isheefis hin ta,uu ishii gaafataa😢😢😢😢😢😢😢😢
Atii gottaa Jalalatii wly❤😿
Osoo dhirrii akka keettitt jalalaa bekkuu kunii nuufii bayyatee maalii qaba🥰
Uuuuuffffff garaa koo
Maalii godhuu hadhoo koo jabadhuu jajabee koo aniis madda akkasii qaba turee
Waqaayyootii Kenee dhisee
homaa miti sanyii heewanoota maalii amanuu silaas
duraas isaanumatuu waaqa dhaga,uu diidee seexanna dhaga,ee jabaadhu abbuyyaa kiyyaa sanyii hewwaanan hin amanuu
Abshrii obolessaa koo Taa isii calituu siifi haa kenuu rabbiin hirenii qodaa rabbiiti❤❤❤😭😭😭😭
Waqqayyo ishee dhugaan sijalaatu sif techiseen Jira wan ta'ef dhissi dhimaa isheti
Nibohin atii dhirraa daima dubushe argata lubu ok ❤️💋♥️😍🇪🇹🇪🇹👍
naa amanii galoo guyaan ishiin gabitee akaa sii bochiftee saan calaa bochuu hiin dhufaa anaa kee hadhoo koo mucaa biyaa kotii shaawaa koo ♥abshiir
Jalalaa of irra gafatee wan taef omaa in tacnaqin waqayo sif Jira sifis waqayo siwalin Yaa taauu