Dhiirri akka sikabajuu fi jaalala keen akka gubatu bardaadda? waan 3 kana raawwadhu
ฝัง
- เผยแพร่เมื่อ 22 พ.ย. 2024
- #Afrobeat #ethiopianmusic #oromomusic
#ethiopianmusic #Afrobeat #oromomusic
ethiopianmusic #Afrobeat #oromomusic
#ethiopianmusic #Afrobeat #oromomusic
#ethiopianmusic #oromomusic #Afrobeat
#ethiopianmusic #oromomusic #Afrobeat
#ethiopianmusic #oromomusic #Afrobeat
#ethiopianmusic #oromomusic #Afrobeat
Aadaa keenya
#ethiopianmusic
#oromomusic
##Ethiopian
#Funny #Oromo Ethiopian Oromo Music 2021 (Official Video)
#isionentertainment2020
#visionentertainment2020
#EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #Tiktok #Music #oromomusic #Vision #superbowl54 #superbowl2023what a men want in a Relations.
#Dr.Abiy
#Hacaalu hundessa
#jawar mohammed
farfanna afaan oromo
#galaana garomsa
#gutu abera
#Yosan Getahun
#Lencho Gemechu
#solomonalemuofficial
#dr nafyad
Maashaa Aallaha Rabbiin beekkumsa kana caala itti siif haa ida'u Hayyuu Oromoo Qaalii .#.itti fufii
Dhugadh wolyii barumsa bayyee issani irraa baradhee jabadhuu qali Koo ❤❤❤❤🎉
Qalikoo anni barumsaa kee ergaan ordoffuu egaale waan baa.yyeen irraa hubadhe❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa bayy,ee guddaa galatoomi,barumsa bayy,ee irra baratamuudha,umamman ,wantoota harmaan olitti barsisaa tirte qaba ,ture .kan akka murtoo mataa ofii hin jiru,waan edduuti milkaheera 💯💯🙏
Galatomii biro gorsa gariidha nuf latee🙏🙏jabadhu akasumat iti fufi❤❤❤❤
Yaada bareedadha galatommii bro❤❤❤
Yanii Kee barumsaa cimadhaa wolahii🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️❤️
Bayee galatomi gorsakera bayyn baradhee waaqayyoo siaebisu jirenyake aebisu gorsiker akati ita fufu oguuman kana caluu sifa dabalamu jabadhu gotako❤❤❤🎉🎉
Galatomi yaniike bayee namati tolaa ani gayila dhabadhe garu amanu in dandenye nin jalladha amanuf garu bayen sodadha maliif gafii natii ta.e❤❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu amalaa kanaa naqabaa turee tokoo ofumaa dhufee ofumaa demee bodaaraa dhifamaa nakadhatee anii garuu garaa biratuu nafii dhufee
isaa dhifamaa jedhee debihee blocked jalaa galchee garuu cubudhaa duraa ofumaa demee mee kanaa na debisii
Dhugaa rabbii yaanni kee baayyee bareeda eshii galatoomi biro ❤❤❤❤❤
Jabadhuu hadhokoo gudasaa galatomi ❤❤❤❤
Gorsi keessan hedduu faayida qabeessadha namoota hubataniif obbolessa keenya hedduu galatoomi jajjabadhu haaluma kanaan itti fuufaa👍👍💞💞💞
Jabadhu 👍
Wowwwwww guddaa galatomii sanyiko Baranotaa Ajibaa dabarasaa jirataa nuuf jiradhuu qali kenyaa 🥰🥰🥰
Thank you so much my bro
Baayee Eebbifami dhugaa
Dhugaa heduu galtomii sanyii ofii gorsaa bayyee baredadhaa😊😊yeroo hundaa ni lala video ke❤❤❤❤❤❤jabadhuu👌👌
Gorsa gaariidha saanyii kiyyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa obolesaa koo galatomii jiradhuu🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
❤❤❤❤❤❤ maasha allaa nuu jiraadhu beeka nama
Jabadhuu wadiimee koo 😚😚
❤❤❤❤❤🎉❤❤heedduu isiin irraa Barachaa jirraa wly Akkaa Ajjiibbaa kanattii
Galatomi sanyii koo!! jabadhu.
Ani relationship nama tokko woliin erga eegallee ji'aa 3 inni baayyee natti dhihaata garuu Ani hangaa ammaatti baayyee amanuu hin dandeenne icciiti koos Mara itti hin himne kama Isa dhageeffadha malee. Yoo online seenuu ykn naaf bilbilaa ykn naaf bareessa audio woliif bilbilla vedio yeroo tokko tokko qofa. Garuu akka duraan yeroo hunda Naaf bilbilee Nan rakkisuus waan isaa beekuu hin dandeenne. Ani nin jaaladha garuu baayyee irraa of qusadhaa kuni sirriidha moo dongongoraa laata? Garuu immoo Isa dhabuu hin barbaadu😢nin jaaladha❤😂
Ogesa nama galatomi waanta bayyee gariidha barosi kee jabadhuu ❤❤❤❤❤❤
Jabdhuu qalii tiyaa ❤️❤️❤️
Guddaa galatoomi gorsaa sirriidha dhugaa
Yanikee bayee garidhaa jabadhuu itii fufii gorsaa garidhaa❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee galatom my brother
Galtomi barnonnii keessaan bayee namaati tolaa jabadha ❤❤❤❤❤❤❤
Galatoomi bro ❤❤
Galatomi jaba kenyaa qali nama
Yaa obbolesa koo nafi jiradhu ❤❤❤❤❤❤
Rabbi siif haa dabalu bekumsa
Thank you
Masha Allah tabarkalah hedu bareda jechii ke ❤❤❤😢
Tnk wly bro😍
Bayy'ee gallattoommii jiradhu❤❤
Thank you 💕😊
Umuri dhera nuuf jiradhu galatomi
Dhugaa dubbachuuf tanan gorsii kee baayyee namati tolaa baayyee galatoomii ❤
mashaalaa nuuf jiraadhuu🥰🥰
Galatoomaa
Thanks so much my brother ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa ketii sabona koo Galatomi ❤❤❤❤❤👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
Galatomii bro
dhuga keti qali nama ❤❤❤❤
Bayyee galatoomi qaali
Thank you so much my biro
Barumasaa garidhaa Mashalla allah jzk galatomi bor ko❤❤❤❤🎉❤❤❤❤
❤baayee Namatii toliaa galatoom❤❤❤
Gorsi ke baye namati tola Jabadhu Haluma kana ❤❤❤❤
Ani biyaa alaanjira garu guyaatii yero lama naaf bilbilaa ganama fii alkaan yero rafu naafbilbilaa akasumaas guyà motu naaf baressaa isakana akamiti naaf ibsitaa me vidiyo eratii naaf ojedhuu🙏
❤❤❤❤😍😍
Bayyee galatomii
Galatoomi guddaa
Galatoomi jabaa keenya nuuf jiraadhu
Dhugaa keetii waan ofii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Bayee galatomi bor bor naf debisi komenti ko barefamuma ishi adaraa Hiriyan ko Fagenyaa wan jiruf bilbilan qofaaa Wal arginaa garuu guyaa guyaan Nan Asa ykn walin asofna rako qabaa naf debisi barfamuman in😢😢😢😢❤❤❤
Barnotaa guddan irra argadhe heddu galatomii. Nuuf jabbadhuu
Waqaayyoo Nagaa sif akeenuBekkumasa it bekkumasaa sif Dabaluu maloo jirradhuuuuuuu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤gaalatomi kini amala kiyyaa
Dhugadha
Gorsota ke arra refun dhagefadhe bayyen irra baradhe galatomi
Gorsaa siriidhaa nuf jiradhuu biro umurii dheraa nufii jiradhuu
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😊
Galatomi dhugga jette broo ❤❤❤❤😢😢😢
🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Gaalatomi saanyi dhugaa yadda bayye barredda
Sanyii koo nufi jiradhu❤❤
👍👍👍
Galtoomii 💗
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jiradhuu umurii dheraa bekaa koo
Bay'ee nama barsisa galatoomi hammtun sii hin argiin
Maalo obbolesa koo gaafi kaana naa deebsi anni jaalalee koo wagaa 9 waalin ture addaa baane deebine yeroo baayye akkaa naa jaaltu naafi himma hin ammanu yeroo heddu gaali jeedha anni baayye shaaka inni lee maana siresa dhihhotti baahe reeffu hojji eggalufi yaada waalin jiirana nanni jeedhe baayye naa dhippina jiira anni yeroo maana siresa ture gargara ture haama shakki heddu keesa. Koo jiira maali naa goorsita hin jijirama jeedhe saamuni koo fudhachu hin dadenye addara siin eggaa deebbi saa
🙏🙏♥️♥️🌷🌷🌷
Hin
Bareeddaa!
Galatomi 🥰👍👍👍👍
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Barnoota irraa argadheera
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤ guddaa galatomii
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
Nuf jiradhu kodee koo❤❤❤
Galatoomii❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Dhugaa ketii gorsaa gaariidha
warri tidarii qabuu torbaniti yeroo lama yoo ta.e rakkoo qaba?
Baga keenyaa taatee waan ofii❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa kedha❤❤❤❤
Galaatomii
Likegodhafimee
Galatomi 🎉🎉🎉❤❤❤
Dubbarattiin yeroo Amantanaa kanaa qarashii ittii Ammanttee malee Namuummaattii hin ammannee
Dhuga kedha👊👊👊👊👊
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gorsii kee bayyee garidhaa, garuu dhiroon yoo maal godhaan shamarran akka bayyee jallattu fi dhisuu hin dandenyee, kan godhu yoo maal godhedhaa dhirri hoo?