Gaazexeessaan Anwaar Jamaal ciminni isaa adda!!!ani nama jajuu hin jaalladhu garuu si jajeera jabadhu sanyii leencaa baay'ee sidinqisiifanna maatii keenya guutuu wajjiin!!!haaluma kaanaan itti fuufi feerroo keenya!!!The way of your leading communications & your self_confidence by itself, very amazing!!!
Gaazexeessaan Anwaar Jamaal ciminni isaa adda!!!ani nama jajuu hin jaalladhu garuu si jajeera jabadhu sanyii leencaa baay'ee sidinqisiifanna maatii keenya guutuu wajjiin!!!haaluma kaanaan itti fuufi feerroo keenya!!!The way of your leading communications & your self_confidence by itself, very amazing!!!
Qopiin kessaan bayee barreeda!! This is a very critical very important program which is the first/eyes break in the country as well in Africa! Brother Anuwar may God protect you! Lastly can you come and do same program in Addis Ababa please? I really appreciate you! 😮❤
Waan gaafatamtee keessa tokkoof itu Deebi hin kenniin Xar Xar gochaa Oolte sa'aatin irratti dhumee afufuftuu bac bac kana angoonkees afaan soba bare yoom dhugaa dubbata
Gaazexeessaan Anwaar Jamaal ciminni isaa adda!!!ani nama jajuu hin jaalladhu garuu si jajeera jabadhu sanyii leencaa baay'ee sidinqisiifanna maatii keenya guutuu wajjiin!!!haaluma kaanaan itti fuufi feerroo keenya!!!The way of your leading communications & your self_confidence by itself, very amazing!!!
Tole gaazexeessaa Anwaar Jamaal sagantaa Caayaaa kee irratti kanan dhiyeessuu barbaadu...................................... naannoo ani jiraadhu G/W/Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Ukkeerraa lafa keenya A.L.I tti bara 2003-2016 tti Abbaan qabeenyaa Gabayyoo jedhamu lafa qotee bulaa naannoo lafichaa duraan turerratti dabalataan kan inni nurraa fudhatee waggaa 13 f bakka bu'iinsi lafichaa utuu nuuf hin kennamin walii galtee Bu/Lafa Baadiyyaa yeroo sana hojiirra tureen lafti keenya beenyaa ykn bakka bu'iinsa tokko malee lafti keenya dabarfamee kenname. Kanaaf........................................
OBN sagantaan CAAYAA kun Sagalee Uummata miidhameef dhugumaan kan hojjetu ta'e kottaa, uummata lafti isaanii beenyaa ykn bakka bu'iinsa tokko malee irraa fuudhamee qaama itti iyyatu dhabee rakkateef sagalee ta'aa.
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Ukkeerraa
Sagaleen Keenya nuuf haa dhagaa'amu !!!
OBN sagantaan CAAYAA jijjiirama
Bulchiinsa Lafa Baadiyyaa Ukkee yeroo sana hojiirra turanii lafa qotee bulaa beenyaa ykn bakka bu'iinsa tokko malee abbaa qabeenyaa Gabayyoo jedhamu kanaaf dabarsanii kennan kun nuuf haa qorataman !!!!!
Galatoomaa.........!!!! ....OBN Sagalee Uummataa !!!
Sagantaa CAAYAA
WOW best confidence and amazing job anewar Jamel ❤❤❤❤❤❤❤
Dhuugadhaa
@@LateraKelbessa ilalaa yaa yaa ummata wana kan
@@LateraKelbessa ilalaa yaa ummata
GAZEXEESSAA JABAA ANUWAAR BAAY'EE SIKABAJNA NUUF JABAADHU
Sagantaa caayaa kun baayyee nati tole Anawar edduu sagaalee ummata ta'a jirta jabadhuu ❤❤❤❤❤❤
😂😂😂❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤😊😊😊😊
Yaa Dhugaa dhugaani yoommiiyyuu ni Mo’aa jabaadhaa OBN qophii Caayaa and
Anaw jabadhuu guyyaa tokkoo seenaan siyadataa garuu gurii dhagawuu osoo jiratee furmataa nikenuu tiree garuu caraadhaa ; nutii dararamufi cunqurfamuun nuwaliin dhalatee yaa rabbii nudhagayii yoo nuyadee
Thank you, OBN TV
Leenca koo jabaadhuu itti muddii...jabinnii fi ciminni kee afaan fi fuula keerraa mul'ataa
Hedduu Hedduu Galatooma OBN TV itti jabaadha itti fufaa Haaluma kanaan Hanga Sadarkaa Agadii jiran hunda akka bira geessa kana caalaa rakkoo jiruuf furmaata haasa ta'aa jenna
Kkkkkkkkkkkkkkkk hatuu waan dubatuu walaluun sun amaa kaa.
Kiwu jechuun sun amma kaa
Ani sagantaa OBN qabu keessaa Ispoortiitti aansee sagantaa caayaan hordofa!! Anawaar ati nama addaati! Proud of you!!
Dhugaa rabbii.sagalee ummataa jechuun akkana❤❤❤❤❤❤❤
Dhuga keetii
Warraa akkana oso karra gubba fuudhani qilinxoo naqanii . Jabadhu anwar sanyii lencaa
Gaazexeessaan Anwaar Jamaal ciminni isaa adda!!!ani nama jajuu hin jaalladhu garuu si jajeera jabadhu sanyii leencaa baay'ee sidinqisiifanna maatii keenya guutuu wajjiin!!!haaluma kaanaan itti fuufi feerroo keenya!!!The way of your leading communications & your self_confidence by itself, very amazing!!!
Qopiin kessaan bayee barreeda!!
This is a very critical very important program which is the first/eyes break in the country as well in Africa!
Brother Anuwar may God protect you!
Lastly can you come and do same program in Addis Ababa please?
I really appreciate you! 😮❤
Akkamii nagaya Obn Anuwar waan Gaarii jirta jabaadhu gara Arsii Fi borannatiis demmii hojaadhu
Bilbilaa kessaan nuu qunamaa worii obn nuutiis isiin barbanaa
Great person great journalism keep it up 🙏🏿
Nama cimaa baraa kanaa Anuwaar jabaadhuu itti mudii
I Like This Journalist , Keep It UP Bro.
ኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡኡ ደስ ይላሉ አንወር ጀግና...........
❤sagaantaa keessaan bayyee ummaata gaamachissaa jiraa karaa deemnnuu hundaattii wahiin keessaan haasahamaa OBO maqaa duraanii jiijiraattee jirttii jeedhee isiin faarsaa jiraa garuu sa.aa keessaan fooyyeessaa hin xiqaattee waan taheef
Qophiin Caayaa baay'ee Gaariidhaa Itti Jabaadhaa Garuu gara Baha Oromiyaa Kanattiis Gad Bu'aa Ilaalaa
Jabaadhuu kayyoon mottumaa reefuu galmaa ga'ee.ossoo Herrii Fi Seerrii Biyyaa Kabajamee Umaanii Maf Mottuma irrattii gafii kaasa.Yoo Rabbii Na gargaree aniis kayyoo mottumaa galmaan ga'uuf gochaa malanmaltuumaa nan balalleefadha.nagaan Magaala Adamaa Kootu❤
sagantaa kana bayyeen hawwidhaan egaa baga dhuftaan please like shear godha
Irratti qabii hatota kana qalinxoo haa buanii anawar ❤❤ itti mudii hatota biyyi kenya akka hin guddanef danqaa ta.an kana ijanno irrattii fudhachu qaba motuman
Jabaadha harargees kootaa yoguu gaafii xumurtan aanaas ni gingilchinaa ja,aa bahaa isiniif dhufna ilaa aradatti ja,aa afaaniin
obbo Anwar jabba nama jabadhuu mee Anaa Adabaa dhaqi lalii nuuf fidii
Wwooww mucaa kunii jaginadhaa❤❤ wollahii 💪💪💪💪💘💯💯
Anwar jamal please harargee baha kootu please aanaa haramaya keessa koottu hanni baayyee jabaate jira ❤❤
Bayyee namati toltu ❤❤❤ gara G.A.L kofalee rakko bishan dhugati fi cicitu ifa qabna namuma gafanu dhabnee
Namni qajeelfama irratti hundaa'ee hojjetuu fi dhugaan hojjetu waan deebisu hin dhabu. Faayidaan dhuunfaa keessa jirti
Anawaar jabaadhu akkasitti dhugaratti cichi akka media kana akka jaalannu nu goote mucaa kana
OBN fi Anwaar galatoomaa!
Anuwaar umurii dheeraa nuuf aboo
Uuuuuuuuf goota quuqama Uummataaf dhaabbate,Gaazexeessaa Anuwaar haati si deesse akkam uummata oromoof bu'aa buuste sitti himuu hin danda'u.OBN sagalee saba bal'aa nuuf jabaadhaa!
anuwar gaafiin kee kun ummaata bayyee fayyida qaba . garuu namootni managameentii irra jiraan wa'ee atii jettuu kun isaanif hin gaaluuf. itti muddii anuwar keenyaa. A/A/T/JIDDOO KOMBOLCHAA osoo dhuftee waan bayyee argitaa.
How're Anuhaar mashallaa galaatomii ulifaadhuu ❤❤
Dhugaa rabbii gazixesitaa OBN qabiduu keessaa atti jabaa namattii
Justice for #Oromoo farmers
Jabaadhuu rakkinna ummataa,addaan baasitee abbaa dhimmi ilaalatuu dhiyyeessuu keetiif baayyee galtoomi🤝
Homaa Jechuu Hin dandeenyu Garuu ,Waaqayyo si Haa Tiksu Anwar Jamaal ❤❤❤
nama cimaa baraa kanaa Anuwaar J , sobdootaa rakkiissi akkaasittii
Gaazexeessaa Ajaa'ibaati itti fufi
Man off the year jabaa namaa anwar jabadhuu
UFFFFFFFFFFFF NI GUBANNE UUMMATA HIYYEESSA KANA FOON ISAA IRRAA FIXANII DU'UU DIDNAAN LAFEE ISAA QORQAA JIRTI KAABINEEN WAAQAYYO HAA FARADU
Jabaadhu! Qeerroo cimaa!
Kabajamaa keenya jabaadhu.
Ati osoo godina Harargee dhihaa Aanaa Habrooti fi Bulchiinsa magala galamso osoo nuuf qormaatte hedduu natti tola.
the king jornalist
Joonjii….qajeelfama sanayyuu hin beeku. Kana egaa kan biiroo taa’ee uummata bulchu!
Sagantaan caaya kun midhama fi midhaga hawasatif kan hojjatu ta'u isatti bay'e nu gammachisa jira nuf jabadhu anewar jemal ammalle nuf jajjabeffamu qabaa 🫶🫶👌
Jabaa dhiiraa jabaadhu tamsaasakee
Erga Magaala Sheger jalqabdee Plaaniin haaraan waan hin xumuramneef aanaa keenya keessatti hojiin ijaarsaas ta'e hojii daldalaa hin jiru.Yeroo gara aanaa deemnu kanuma pilaanii bira hin geenye nutti himu. Daandiin ijaaramuu danda'a jechaa jiru yoo karoorri xumurame lafa gad bu'ee hawaasni lafa hafe irratti hojii tokko tokko ni hojjeta.Misooma magaalichaatiif gaarii ta'a jedheen yaada OBN .Sababni isaas gaaffii ummataa waan ta'eef, sadarkaan karoorichaa maal akka ta'e ummanni yoo itti himame, yoo xumurame, hojiin ijaarsaa fi daldalaa akkaataa karoorichaan yoo raawwatame ummanni rakkoo keessa jira.Waan tokko yoo hojjetamellee, amma ummanni kallattii mootummaa qofa eegaa jira.Hanga yoomiitti?Investarooti ijaarsa ijaaruu hin dandeenye.Kanarraa kan ka'e sun rakkoo magaalattii daran hammaateera.Kantiibaa Magaalaa Sheger irraa ibsa akka kenninu yoo nu gaafattan (ሸገር ሲቲ ከተጀመረ ጀምሮ በእኛ ወረዳ ምንም ዓይነት ግንባታም ሆነ የንግድ እንቅስቃሴ የለም ምክንያቱም አዲሱ ፕላን አላለቀም ነው ሚሉት ወረዳ ሄደን ስንጠይቅ እናም እባካችሁን ONB ፕላኑ በግልፅ ምን ላይ እንዳለ ጠይቁልን ማህበረስብ ችግር ላይ ነው ገበሬው በአለው መሬት እንኳን ኢንቨስት እንዳያደርግ በፕላኑ ምክንያት ቁጭ ብሎ እየጠበቀ ነው የግንባታ ፍቃድ ለመጠየቅ ወረዳ ስንሄድ ተመሳሳይ ነገር ነው ሚነግሩን ፕላኑ አልደረስንም መንገድ ሊወጣበት ይችላል እያሉን ነው ፕላኑም ካለቀ ወደ መሬት ወርዶ ማህበረሰቡ በቀረው መሬት አንዳንድ እንቅስቃሴዎችን ቢያደረግ ለከተማው ዕድገትም ጥሩ ይመስለኛል እና እባካችሁ OBN የሕዝብ ጥያቄ ስለሆነ ፕላኑ ምን ደረጃ ላይ እንዳለ ለሕዝቡ ቢነገር ካለቀም በፕላኑ መሠረት እየታይ የግንባታም የንግድም እንቅስቃሴ ቢደረግ ህዝብ በችግር ውስጥ ነው ያለው ሕዝቡ መንገድ ቢስራለት አይጠላም የውስጥ ለውስጥ መንገድ ይሰራል ይባላል ግን ምን ነገር የለም እስከአሁን ድረስ ፕላኑ ካለቀ መንግስት መንገዶች ያሉበትን ቦታ ምልክት ቢያደረግ እና ሕዝብ ወደስራ ሚገባበትን ነገር ቢመቻች አሁን ሕዝቡም ዝም ብሎ የመንግስት አቅጣጫ እየጠበቀ ነው እስከ መች?ባለሀብቶችም ግንባታ መገንባት አልቻሉም በዚህ ምክንያት ያ ደግሞ የከተማን ችግር የበለጠ አባብሶታል በድጋሜ ONB የሕዝብ ድምፅ ሆናችሁ ግልፅ የሆነ ነገር ለሕዝቡ ከሸገር ሲቲ ከንቲባ መግለጫ እንዲስጥ ብታደርጉን)
Great job kept up bro 👏 💪 👍
Anuwar keenya maalif Hooggantoota waldaa misooma oromiyaa gaaffif hindhiyeessitu
Anuwaar jabaadhu jabaa namaa. OBn gaalatoomii warraa burraayuu ilaalii
Jabadhuu Anuwar mee garaa shawa kibbaa lixa Ana Iluu kottu
Cichoomaa haqaaf hojjetu Aneee❤
Haqumaa jechuun isaa kanaa galatomaa itii haa fufuu nutiis akanatii motumaa amanaa demnaa .
Anwar Jamal dhuguma sagalee umaataa tataee jirataa jabadhuu
OBN sanganta CAAYAA hedduu natti toleera.
Midiyaa yoo akkanati ummataaf hojjate natti tola
Haaluma kanaan sangantaan kun gola oromiyaa hunda gahuu qaba.
Anuwaar Gazixeessaa cimaa dha.
Gaazeexxeessaa Anuwar Jamaal 😊
Ossoo namoonni akka keetii biyya sanii baayyatanii maali qaba!
Mukinni tokkocha kophaa hin boboyyu😮
Jabadhu jabaa biyyaa
Jabadhu hojin kun kara hararge oso nuf bu'e barbana
Waayyoo amanamuummaan bishaan seene bar😢😢
❤❤❤❤ Jabadhuu iti mudii kkk wwww
Anuwaar jiraadhu ati hamma dandessuun sagalee ta'aa jirta❤
Baay'e Namati tola hojin Kun Jabadhati itti mudda warra ummataf hojjetufi warra garadhaf hojjetan Addan nuf baasa...
Anwaar leencaa nama umurii dheeraa nu jiradhuu rabbiin ija hamantuu irra sii haa eguu
Akka yaadatti sa'a ykn yeroon saganta caayaattif ida'amu barbaanna
Sagantaan kun haqummaa dhugoomsuuf mirga Uummanni Oromoo misooma naannoo isaa irratti qabu,akkasumas hojjetaan mootummaa sadarkaa sadarkaan jiru tajaajila uummata isaaf kennu murteessuu keessatti gahee guddaa bahatee ammas bahataa jira.Dabalataanis hojjetaa miti mootummaas ta'e,kan mootummaa uummata isaa haala barbaadameen hin tajaajille saaxiluu irratti gahee inni bahate gahee leencaati.Galatoomaa!!! Qophiin kun kanumaan itti caalchisee itti haa fufuun jedha .
Jabaakenya anuwaar Jamaal nuf jiradhuu ijjii haamtun sin argin Caayaa Magaala Jimmas dhufuu qabaa👌
Gazaxeeysaa keenya haqa umataa baasuukeetiif hedduu galatoomi jazaan kee jannata
ጀግናዉአንወር
jarattiin hattuudha ofirratti ragtgtaateetti kantti guddachuu dadhabne akka sabaatti
warreen qophii caayaa ammoo galatoomaa!
This guys are complicating the conversation like rocket science.
Kan gaafatamtan maaf kallattiin hin deebistan?
Dhugaan ilmawaqaatii akka irbuu oromootiin.dubiintuunbatee diirmachuu motumaatiifii diirmachuu abootii amantiitiin.rabbiinafqabee
Affuftuu projektii 400 jedhayii
Anawaar iddoon guddaan kiraa sassaabummaan jiru as jabaadhu itti muddi rabbiin si haa tiiksuu
What a questions!!
Anawar jabadhuu
Me kootu laali Mediyna Yo dhugumatti Bilisummaan Hawaasaf hojjate! Human inni qabu akkuma saganta tanaati sganttaan hundi silaa Bilisummaan uummataaf hojjate
Amazing
Jabaadhu jaba nama
Kunii rakkoo guuttu magalaa oromiyaa kesaa jirudhaa
Garaa
B/robelee akkaa dhuftanii nu ilallattaan barabanaa
Jabaadhu
Dhugaaa,dubachuufi,kanakaa,gazexassaa,kan,10,oso,jiratee,biyyii,Kenya,nijijiramttii
Wayyoo biyya too😢😢😢
Oso gafiin akana biyya hunda demte haatu bayetu jira dhugaa nama hiidhan birri kuma 50 hanga 100 fidi sii bafna namnan jedhan😢😢😢
Anuwar nama quuqama qabuudha Rabbi si waliin yaa tahu jechaa.
Adaraa rabbii magaalaa bishooftuu kutaa magaalaa dhibaayyuu fi magaalaa qote bulaan rakkoo hamaa keessa jira lafa isaa bara 2000 qarshii 1.75 gadi lakkisee hanga har'aa lafa bakka bu'iinsaa kadhachaa jira.
Inni biraa ammoo hanga amma lafa misoomaf jedhame irraa fuudhamee lafa bakka bu'iinsaa kadhachaa jira inuma iyyatu.
Kan baayyee nama aarsu ammoo pirojektiin airport jedhame kun ammoo fayyadamummaan isaa baayyee rakkoo tahe. Waluuma galatti sagalee isaanii koottaa nuuf dhagahaa
CAAYAA jechuudhumti maali hiikaan isaa?
Hatotaa,akanatii,itimudii
Jarri kun gaheen hojii isaani waa'ee bulchinsa lafa natti hin fakaatan
Caayaa yeroon ittii xiqqaataa.
OBN .. Qophii Caayaa........Nuu.jiiradhaa..
Dairy faming fi manufacturing site walliin hin deemu .
❤❤❤❤
Waan gaafatamtee keessa tokkoof itu Deebi hin kenniin Xar Xar gochaa Oolte sa'aatin irratti dhumee afufuftuu bac bac kana angoonkees afaan soba bare yoom dhugaa dubbata
Baalee roobee kootaa
Jarrii kun Maloo seraatii dhiyaachuu qabuu arittidhaan ga’ee isaaniyyuu hin bekanii anuwarkoo
Jarri kun kaabineedha, hasawa malee bua qabeessumma proojeectota kana adda baasuun isaanif kilimaanjaaroodha, sababni isaa waajira taera ka'ani waajira sanati darban waan ta'eef.