Anawar akkanumati iti jabadhu mana murti waligala oromiyaatis nu aferii bakka rakon jirtu tokkole bira hin darbin Hadar rabin si gargar jabadhu lenca koo sanyi
Jabadhu journalist isaa sirridha ati me nu gaffadha motummaa naannoo oromiyaas nu mana keenyaa nurrati jigsan akka saba lamaffati ilaalamne jira qabeenyaa keenyaa nujala maca'ef furmata motumma naannoo oromiyaa irra egna nu gaffadhu hadaraa
Hojjetaan magaalaa shaggar bakka hundumaatti namni abbaa dhimmaa seeraan tajaajilu hin jiru.mee bakkuma hundaa gahaatii ilaalaamee, fakkeenyaaf abbaa dhimmaa fakkaadhaatii dhaqaamee waan nama gaddisiisu argitu.dhalarra nama daldaluuf kaawwataniitu hojjetu.maal si gargaarru jedhaniillee nama hin gaafatan.boorcii isaanii dhiibanii nama akka tuffiitti ilaalanii bira darbu malee maaliif dhufte jedhaniillee nama hin gaafatan.
Habibi rabbii si haa eeguu.Leencaa oromoon qabdu
Maloo Addaara Rabbii Qabeenyaa iyyeesaa hin diginaa maloo Aniis keessaan jiraa dhadhabbii koo waggaa kudhani maloo kartaafi pilaanii itti nuf haa keennuu birri hamaa humnaa keenyaa mootumaaf nii keenninaa maloo nuuf dirmaadha rakkoo hammaa keessaa jiraa qabeenyi ummaata samama jiraaa
Anawar akkanumati iti jabadhu mana murti waligala oromiyaatis nu aferii bakka rakon jirtu tokkole bira hin darbin Hadar rabin si gargar jabadhu lenca koo sanyi
Annuar keenya, sijaallanna, Ammayyuu gara goodaatti ykn gara gajjallaattillee bukoo baay'eetu mana hojii mootummaa keessaa jira waan ta'eef kun jabaatee itti fufuu qaba.Jabaadhu Jabaa Namaa!!!!!
Anwar anii wan biraa hin jedhuu rabbiin umrii si haa dheressuu❤❤❤❤❤❤❤
😊
Jabaa oromoo ofii keef of eggacha lafaa hundumatti rakko gudda qabnaa biraa hin haafin❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ good jobs
Dhugaa. Umurii. Dheradhuu. Anowar. Gafii cimmaa sabba kettif. Quqamtee. Akanatti gafachu kettif. ❤❤❤❤❤❤❤
Magalaan sulultaa mana jireenyaa nuuraati digaa😢😢😢😢😢
Rabbiti keeni dhisinee 😢😢😢😢😢😢
Jabadhu journalist isaa sirridha ati me nu gaffadha motummaa naannoo oromiyaas nu mana keenyaa nurrati jigsan akka saba lamaffati ilaalamne jira qabeenyaa keenyaa nujala maca'ef furmata motumma naannoo oromiyaa irra egna nu gaffadhu hadaraa
OBN caayaa baayyee galatoomaa karaa keessan wanti hafe hin jiru waan gaarii hojjechaa jirtu haaluma kanaan itti fufaa.warreen mootummaan abbaa dhimmaa akka tajaajilaniif kan qacare deebi'anii ummata tajaajiluurra ummata miidhaa kan jiran irratti tarkaanfii akka fudhatamuuf qaama ilaallatuuf akka beeksiftan jedha.
Waa'ee dhimaa barsiisota dhugaa bayyee namaa gaddisisa.foyyaa'uu qaba.
Gazzeexxessaan Anuwaar Jamaal nama jabaa dhugaa ummataf hojjatu.maal ta'a osoo hundu irra baratee
DhifaamaAniyiOBN hin ilaalun tureeh garuuh sababa Anuwariyi jechaan laalah jiraaha gltomi jiraadhuu umuriyii sifiyii yaa kenuuhu❤❤❤❤
Hiyyeessa irratti mana diigun abaarsa guddaadha,waan kun biyyaa tanaa ittu baalaf saaxila!
Hattuun biyyaafi itiyoopiyaa balleeysaati jirtii Nudhaqabdee Gazexeeysaa Anawaar siifii D.r Abiyyii Ahamad Ali Jazaan keeysan Ani Akkakiyyaati Jannataan isiif Hawwa
Nuuf jiraadhuu ummataa keetiif akkanattii quuqamuu keettiif umriii dheeraadhuuuu❤❤❤❤
Jabadhuu anuhar keenyaa dhiiraa akka leencaa❤❤
Jabbadhaa dhugaa. Umanii. Keenyaa. Bayyee. Rakkaçha. Jiraa. Sulultaa hattumattuu. Bayyaataa. Malummaa dhabnee. Wantii. Hunduu. Kubodhaa😢😢😢😢.
Anuwaar ati jabaadham umrii dheertuu nuuf buli nuuf jiraadhu lafa hunduma gahi gahee kee sirriitti bahataa jirtaam ulfaadhu OBN dhugaa sabaa baasuuf gara fuulduraatti jabeessaa, duraanuu kan uummataaf mootummaa walitti buusee biyya keenya nagaa dhoorke warra akkasiiti galtoomi
Anuwarii dhugaa bayee namati toltaa jabdhuu jaba oromoo❤️❤️
Qophii Caayaa baay'ee namatti tola jabaadhaa Gazzeexxessaan Anuwaar Jamaal nama jabaa dhugaa ummataf hojjatu.nuf jiraadhu
Anuwar waan Gaarii hojjacha jirta nuf jabaadhu
Rakkoo magala sulultaa fuuramuu hin jijiraamuu kabineefi bulchani gaaru guyyumaani jijirama
Dhuga jetee 😢
@@kiyakiya3521 😍😍
caayaa baayyee saganttaa bareeda jabaadhuu
Yaadnii ishee baayyee natti tolee dhugaa isheetti
Akkanati ittii jabadha tokkicha angoo itii kanitaan qabaa jabeysaa
Awqayyoo Guyyaa kabaa biyaa orroomaa keestii gugubachbee manaa nartii diganin😢😢😢
Haalli hojjetamaa jiru Baayee nama Gaddisiisa
Woow itti fufaa gazexessaa bayyee namaatti tola itti fufaa jabaadha waaee barnoota bayyee rakko dha barsisa baratani mobayil baradha jedhu mn barumsa mgl naqamte illee kitaba hin jiruu mobayil bitaa jedhu ijjollee illee kanafu hoggana biroo barnoota oromiyaa rakkoo qabaa
Anwara jabadhuu hujii garira jirtaa
Wajira Keessatti Hojjattoonni Nama Matta'aa irraa Fudhatanii Wajjiin Hojjatan Qabu .....Dhimma Xumuraa Jedhanii ...
It is nice program, do more
Arogee ziippii.... Nan jaaladhee jechaa ishee
Kan akkanaa Bulchaa jeedhani umata iratii fee'amee wan jedhu hinbeeknee ofu hinbulchibee soodatu fi soobdudha.
Oromian nama barate hin qabdu Anawar cancosi dhimma kana caaluti jira ummani baayee rakate jira garu baayee galatomi ❤
anuwar ummurrii dheera rabbi siyaa jirachisuu .sababiinsaa yoo jiraattee ummataa fayyaddaa .rakkoon akkanaa fakkeessani dubbachuufi jiraachuun kan guddinaa biyyaa keenyaa akka fuldurattii tarkafanneef kansakaalee wantoota akkanaa atii midiyaatti fiddeeekun systeema biroolee mootummaa hunda kesa jira osoo barattin barsiisa osoo hogganuu dandahin hogganaa boota isaani hin mallee kan tahanii lakkofsa qabuu garuu kan akkaa kee kana rabbii nuuf haa bayyisuu galatoomii hojiikee bayyesaan hordofee bayyee namatti tolaa rabbi jabinaaf fayyaa sif haalatuu ummataraa jaalala qabdaa...
Dhugadhaa ebbiffammii abdi 👍👍🙏🙏
Jabaadhu Anoo koo
Anwar of eggaannoo godhii kadireen hacaalu nyaatee sii nyaattii beeki kabinee fanaa kookee wal qaba jirta waan ta'e .Kanaaf nama kana egumsii ariitiidhaan egumsaa gochuufii qaba Mootummaan kanaaf adaraa of egii Leecaa koo!!!
Dhagaadha dhamamana keessaa gabahanii alabarbaaduun falabarbaaduun hiintahuu giingiilchaa biitadhaa matumakeesanii iisiifayadaa iisaanfayadaa umanii tajajiilamuufedhaa waanbiiraa hiingareenutii miidhajiibiinaa
Wonderful program
Mashallah jabadhuu❤❤
🎉 gaaffii gaariidhaa jabadhuu
please come to Bale Goba
galatomi hojii garii ojeecha jirta jabadu ❤❤❤❤❤❤
Jabbaa ilmmaa jabadhuu❤❤❤❤❤
Hojii Gaarii hojechaa Jirtaa Jabaadhumee Hoggansi Sadarkaa gadii bayyetti abbotii dhimmaa dedebisaa, tajaajila ummataa maallaqaan gurgurachaa jiruu Ammas Itti fufii, Gara kutaa magaala mana Abbichuu fi Aanaa Tufaa munaa Osoo deemtee ilaalte
Jimman dhaqa laalame mana umata jala diigama jiran
Anawar kooooooo waqayyoo koo lubuu kee naf haa eguu jecha wan tokkoo sitii hima insi immoo namonii ati wajin oltu hundi Siri miti jirenyaa jiratu kesatii Haacee yaadadhuu hadaraa obbalesakoo
Rabiin siha gargaru Anawar kenya
Anowar. Dhugaa. Nuf jiradhuu. Gafin kee bayyee nagamachisee
Anuwar nama aja'iiba jabadhuu
anawar ati motouma ethiopia tahu..qabada wly 😊😊😊 inishallaa
Wan jedhee ittii si'i ibsu hin qabuu Anawaar umrii kee Rabbiin si'i haa dheeressu
Namichi tuffii inni komii ka'uuf qabu, jijjiirama fiduuf qophee akka hin taane agarsiisa
Leencaa Namaa jabaadhu.
Best journelest
Gazeexesa cimaadha dhugaa wqyo sihaa ebbissu.dhugaaf jiraadhu ammaayu
Jabdduu Gurbattii gara fulduraatti malee duubatti hin deebi'n.
Anuuhar jabaadhuu
Qophii Caayaa OBN darbuu haalan waan namatii toluudha keessaati Anwaar gallattoommi hoji hedduu hojjachaa jirtaa dhuga ummaata fi hojimaata jiruu akkasi dhiyeessuu keef , rakkoo magaalaa Sulultaa keessaa jiruu hedduudha magaalli Sulultaa osoo Funyaa Finfinnee jala jirtuu buhuuree misooma gahaa kan hin qabnee fkn Hospitaala fi karaa keessoon Gannaa sochaahuf kan namaa rakkisuu akkasumas rakkoo guddaa tahee kan jiruu bishaan yeroo gargaara ummaanni yoo gaafatu deebii sirrii kan hin argannee ... Garuu smart city jedhee gaafa median banneedubbannuu namaa qanneessaa... kan baay'eeti hafee ...!
Dhiibeen giiriisaa dhiibeen tukaanaa dhiibeen teyfiidhaa waandhufteef dhaqeenlalee araahuu walgahiidhaa guyyaankuun arbaadhaa tokkojiiranii walgahiirajiiranii
Dhugaa dubachuuf namoon angoo irraa jiraan hattudhaa Obn galatoomaa
Magaala kana kessati fkn manii namota Arsii fi jimma irra achitti bitaani ijaraatan wagga 10 dura ture, jalaa diigamee jiraa sababni garuu seraa qabachu fi dhabuyuu adddan osoo hin bafatini maqaa fi iddo isaani irra dhufani fi Amantii isaani ergaa isaani duuba addani bafatanii akka tasaa dhufani diiguu kun sirri miitti 😢😢
Kanan.duura.Ashaaran.fudhaata.turaan.moo.Ashaaraan.Akkimittii.
Addaa.basuu..❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anuwaar ati mucaa dinqiidha. Akkaata kanan ittii fufnaan namni mana mootummaa deeme tajaajila dhabee deebi'uu hin jiru.
Namniixiiyaadhahuu beynee ifiitiidhawaagariidha retiinhadakutee janaaniin iifiituugabaabsiitee ifuumaafiidee ifuumaafiixeeja.ee tufataan takkaa olbahaa takkaagadbahaa abaan iiyaatuu fiiriidiirmataa taziiyaanama jiiruuhiinteenyuu
Yes anu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hojjetaan magaalaa shaggar bakka hundumaatti namni abbaa dhimmaa seeraan tajaajilu hin jiru.mee bakkuma hundaa gahaatii ilaalaamee, fakkeenyaaf abbaa dhimmaa fakkaadhaatii dhaqaamee waan nama gaddisiisu argitu.dhalarra nama daldaluuf kaawwataniitu hojjetu.maal si gargaarru jedhaniillee nama hin gaafatan.boorcii isaanii dhiibanii nama akka tuffiitti ilaalanii bira darbu malee maaliif dhufte jedhaniillee nama hin gaafatan.
Qabsoon akka Anuwar gzxs kana yoo ta'e baay'e baay'e namati ........
Akka Oromoootti hooggantoota keenya akkaata isaan itti yaadan baayyee nama yaaddessa.
Waayyoo ummata oromoo baay'ee nama gaddisisa dhugaa ta'e jedhaanii ummata darara jiruu
Kun homa quba hin qabu oduu amee
Biiyaakana hiidaaciiruutii kanjiiruuhojataadha motuumaakufiisuuf falaamotumaadhabatuun gosuumaa siiyasaa umatuudhaan afaan umataniidemanii afaapartii afaanmanamurtii afaan manahakiimaa afaanwajiiradaldalaa afaan aradaafii gachiinasiirnaa
Jara kee ta'uu danda'u, garuu nuyi haasaa keenya gabaabsuuf makmaaksa mataa keenyaa qabna, Akka barsiistuutti makmaaksa afaan ittiin haasa'aa jirtu wajjin wal-simatutti fayyadamuun qulqullina barnootaa keessaa tokko dha.
Baraduriitii jartiin jarsaan niigagabaamucaa naraaqabaa jachuunciiqiitee maladhaheejasii anaatuuhiidhamaa wagaakudhashanii mucaakanagudiisii jachuun malaqa qabuusdhiiseefii hiidhaasenee fiiraawaangodhuu dhabee hiidhaakeesaa rabbiikadhaa jamareebohuu rabbiitii manaama arkeefuurmaata dhoyfatee haangaaguyaa araatii akkasuumatiidhiise ta.aajiiraa manamasaaqofa.egaajiiraa namtokko wagaafatuu
Guutuumman oromiyaa kessaatti wants ta,a jiru yommuu ilaaluu namatuu bulchaa jechuun namatti ulfaata.
Dhugadhaa akkuumajachaajiirukana demsiisanii kanumaa waliibekkan fakkatanii lafajalaan tokko walliitiihiidhaadha umatabiifakanaan laqaniijiiranii
Galaatoomii dhugaa itti himi umurii dheeraa jiradhuu si jallanna Obbolleetti koo
Bulchaa magalaa sulultaa baayyee namaa jibisisaa hojidhumaa isaa iyyuu hin beekuu
kana anaa na dhibee bulchitonii shaggar buchaa jiran.yeroo wa'ee seer-alumaa fi bulchinsaa lafa gafatam;deebiin isaan deebiisan,seer-aluuma nuu rakkisee jedhuu.kun wajjiin osoo hojechuu batanii seer-alumaan hin babaalachuutu.Shagga,shaggar jedhuu shaggar alaa jireenyaa yaa jijjiramuu jedhee malee Uumaata samii jedha.kartaa fi planii irraatii hundaayyanii mana seera alaa ta'ee diigudhaa malee caalisanii mana abbaa tolefiidhisaa kan diigaanii qorqorroo irraa guranii gurguraadhaa jedhaa. Ashaaran kan addaa basuu kan gara fuula duraa qulqullinaan eguufii irraa deebin akkaa hin arganeefi malee kana deerbee qulquullessaa miti.
Koye yom dhuftu
anuwar king of the interviewer!!!!
Anawaar qaalii namaa ganni kee jannata
Anii Lafaa Bitaadhee Manaa Irraattii Ijaaraadhee Magalaa Sulultaattii Naraa Fudhaachuufidha Anii Biyyaa Arbaattiin Umuriikoo Fixee Ijaaradhee Naraa Fudhaachuufidha Malooo Naaf Biraadha Dhimii Kanaa Ilaltaani
Maaloo adamaa waajiraa ifaa tokkoo dhaqii rakkoon gudda achi jiraa nama tokkoo ifaa gaalafachuu hangaa sani olii deema jiraa
❤
Qophii Anwaar Jamaal gaggeessu kanaa nuf cimsaa warrii @OBN Afaan Oromoo;hammaa tokkoo ergaa qophiin kun eegalee gurmuun hattuu of birachuu jalqabee Jira!
Motumman shimlese abdissa fi Motumman Abiy hatu dha dhiga ilman Oromoo kan dhuga jiru oromiyaa dinati kan guurgura jiru motumma pp dha 💯
OBN kan nu daawwachiisu,kophiidhuma kana. piresidaantii Naannochaa nuuf dhiyeessitee;maalumatu Oromiyaa keessatti nagaa fidu akka dadhabee fi shiraa fi Ibsa yeroo yerootti isaan walirratti baasan akka nuuf gaafattu,abdiin qaba.
Gaazexeessa Haabbee Baay'ee Galatoomi !!!!! Yaa gradolee !!!!!!!!! KKKKKKKK You OPDO ! Please please don't pull down the rising of xxx
baali,naan hojjatama jira jette maa si gowwomsiti Anwar kaabinoonni hin saarmin
guyo waariyooti jijjirame😳
Kanneen dafqa isaanii hojjstanii mana ijaarratan jalaa manni diigame qorqodroon ,.mukti maaliif fudhatame.Hiyyoomee kan bakksatti hafehoo maal haata'u
Hogganttotni heeddu dhugaa jiru hin fudhaatni ittuma himi Anuwaar Jamaal .....
Hattootni Maqaa Cadastral surveying tiin uummata doorsisuu fi saamichatti bobba'anii jiru
❤❤❤❤
Akkummaa Walii Galaatii Sulultaan bakka ilaalcha sirri Qamaa Olaannaa irraa barbaduudha. maaliif yoo jetaan waan abban Qabeenyaa hojechuu hin dandenyee daldaalan daqiqaa 10 kessaattii xumuree sii fidaa. kessumaa kutaa qabeenyaa lafaa irraatti sirriti hojechuu qabduu issaa duwaa mitii kutaa gejjibaa irratiis yeroo Gatii Taksii Dabaluu yeroo yerootti bayee Dabalaa Dhufee Kilometirii Sulultaan magaala biraa Finfinnee irraa fagatuu bekamadhaa Garuu kilometirii Gudaa kan ta'ee nannoo biraa irra bayee gudaadha. jijjirama birri gudaa qabaa kana irratii yoo nuu ilaaltan bayee barbaana. dhugaa dubachuu ummaata keenyaa kan hubaa jiruu malaaqaa iyyaassa kan nyaacha jiruu kutaa magaala sulultaa irraa kutaa gejjibaafi kutaa dhimaa lafaatii
Maloo kan magaallaa buraayuu nuuf fidaa 😢😢😢
Dhugaan sodachiisaqabduu saykoolojiin poliisii ittiisayakaa qofaatuu iittiifayaadama wajiiriigalii saykolojiihiinqabuu seraamotumaa oromiiyaa lakkoysaaqaba seraraamaquun namasamuu hiindandahuu
Yeroo Waltajjii Irratti Dubbatan Nama Seeraa fii Heera Beekan Fakkatan ......As Fuuldura Kaameeraa Duratti Ammoo Hattuu Hatkaaf Harkatti Qabamte Fakkaatti