❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Amalli kiyyaa fi ka Anawaar Jamaal walfakkaatu nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin nama akkanaaa nuuf haa baayyisu ani jechaan isaan ibsuu hin qabu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!1
Namni akka koo Anwar jaalattan like tuqaamee
Gaazexessaa jabaa
❤❤❤❤❤dhugaa akkattan gaazexeessa kana jaaladhu ❤❤umurii dheeraa nuuf jiraadhu jabaa keenya
Qophii caayaa irratti yeroo hunduma sagalee isaa dhageeffatuun natti tola ija jabina isaa hedduun ajaa'ibsiifadha ❤❤❤❤
❤❤❤❤
Akka yaaddee mitii
Akka yaaddee olitti
RABBIIN siif haa ta'u
Perfect question, perfect and brief answer. This is an example of social problem reflection.
Always Community Matters !
As wrwb mee du.aa.ii naaf godhaa akka rabbiin yeroo gabaabaatti rizqii guddaa barakaa qabuu naaf kennee gara biyya kootitti nagaan na galchuutti
Rabbiin rizqii bal'oo sitti kennee ammumatti sihaa galchu yaadaafii muraada kee siif haa guutu
Amiiin
Enyudha ati
Qaxalee jabaattuu akka sibiilaa sanyii Taaddasaa Birruu Qaalii keenyaa nuuf jiraadhu hamtuun si hin argiin Anuwaar Leenca ati. Jeneraalticha keenyaa galatoomi atis jabaadhu Leenca koo.
Anuwar qaali nma OBN dhugumaan midiyaa Oromoo goote gltomi namnii akka koo sinitti tolee like itti robsamee qaliwwan koo❤❤❤❤
Gaazexeysaa Anuwar Jamaal jaba oromoon qabdu ilma Abba gadaa jabaadhu jajjabeeko ❤haqa miskiina baasurra if duuba hin deebihin
Jajabadhu obboo aftamuu lammuu❤❤
Miidiyaa biyya keessaa fi biyya alaa jiran hunda siitu caalaa jabaadhu ❤ Anawaar Jamaal keenya ❤🎉🎉🎉🎉🎉
Anwar baayee beekadha. Nuuf jiraadhu Obboleeso.🥰
Anawaar goota oromooti nuuf jiraadhu nuuf jabaadhu
Wollaahi An bilbiilota Hiryoottan koo kadhee fudheen filataani ture.
Galatoomi❤😊
Anwaar Jamaal gaazeexeessaa filatamaa Bara kanaa ta'uun nuu bonsee jiraa.
Anawar hojiin ati haga amma hojjette hojii si boonsu jabaadhu
Gaazexeessaan jabaan akkanaa osoo nuu heddummaatee
Journaliste akka jawar nuuf haa baayyisu❤
Qaanqee Show atis Galatoomi Journalist Jawar nuuf dhiheessuu keef 👌
Bareedduu teenya,Gaazexeessaa Anawaar Jamaal Maqaa wallaaltee Jaawar jettee yaamte moo Jaawariin ati argaa jirtu kun kami?🙏
😂😂😂 ❤
Anwar jabaa nama
Ka sodaan ilma nama keessa hin jirre
❤❤❤
He is one of the best journalists in the world. I mean it, bro. Keep up the good work, Anwar 👏 👏
OBN Keessa Suma Qofaatu Jira Anuwaar Jamaal ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Anuwar Jamaal kooo ati simatu guddissee obn kan dhugaa dubbachuuf dhugaadha karaa thank you thank you for me aniiii kooo
Jaabadhuu leencaa keenyaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Tokko tokko xinnoo hojjeteetu baay'ee haasa'a! Namni hojjetu garuu yeroo baay'ee baay'isee hin dubbatu! Ati garuu waan ani waan xinnoo hojjedheef teessoo namni biyyaaf waan guddaa hojjetu irra na teessifte!
Kan namni hojjete teessee cabsuun cabuu qaba!
Gaazexeessaa Anwaar Jamaal. Nama jabaa!
Badee Gaara na nyaate arsoomni qoorsummaa qaalii kiyyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Proud of you jabaadhu bro habtamullen kabaja qabda
Naman bayyee jaaladhu Anuwar namaa jabaadha
Gazaxessaa akkanaa rabbii nuuf haa bay'isuu akkattini isaa jaladhaa dhiiraa onnee sibilaa ijaraa hafii❤❤❤😂❤
Congratulations to u Anwar for your success ❤❤❤❤mashallh
Jabaadhu itti fufii ummata ke birati jaallatama jirta ❤❤❤❤❤❤❤
❤❤Anuwaar Abba jechotaa dilbi galatomii jennani Atis gotaa kenyaa Abba bokuu meltimidi galataa nuu Argadhuu❤❤❤❤❤❤❤ bayyee sii jalannaa
Anuwar qaxaleedha galatoomaa lamaan keessanuu❤❤❤
Waaqayyoo umurii kee haa dheressuu❤❤❤❤❤
Nam jabaa kana baga fidde Habtish❤❤❤❤❤
Jabaadhu jaalalloo koo Anawar jemal Mee namni Akka koo Anawar jemal Jaalattan?
Gazixeessaa anawaar jamaal dhiheessuu keetiif galatoomi baay'ee nama eegaa turreedha.❤❤
Thank you ❤❤❤
Jabaadhaa hundumti keessanuu ❤❤❤
Issin hunduu jabbadha ❤❤❤❤
Amazing positive minded Guy❤
jeenaa.jeerradhu
Warri Anuwaar Jamaalif Makinaan Haabitamu Jettan Like Godhaa 🚗🚗❤❤❤❤❤
Jabaa kenyaa atii❤❤❤❤❤❤️❤️❤️👍👍👍👍👍
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Anwa❤❤❤❤
Anuu qashtii ilmaa!
Umanii kenyaa dhugaa nii jaallaataa ❤💚❤️
Jabadhuu jaba kenyaa
Jabadhuu Gaazixesaa Anawaar Garuu Haggam akka turee Ni ilala
Leenca dhugaaf dhaabbate jabaa nama ulfaadhu kabajamii
Waafeete yoo hojjatteyyuu yaanni faallan abadan hin hafu. So just keep going you are hero🎉🎉
Anwar Best Journalist ever
Wawooo baayee bareda akanmati dhugaaf jiraadha waqayyoo ogumma salamoon siif haa kun namni akka jalatani video Kan like godha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabbaa namati attii
Ani dursa hoji kee hinbaree gaazexeessaa obbolessa koo fakkatu dhufeesiin jechaturee oromdhaf jiradhu sijaalana ❤❤❤❤❤❤
Bahaasin Kun yoo xiqaate male sif malaa jabadhu atii Gootaa kenyaa !!!
❤🎉❤🎉Anawaar Jamaal nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ጀግና ጋዜጠኛ ነክ ❤❤❤በርታ እግዚአብሔር ትልቅ ጀርጃ ያድርስክ አንዋሪ ጀማል ❤
V8 oltu siif mala❤❤❤
Rabbii kaan oliti sii haa guddisuu inshaallaa ❤❤❤❤❤
Dhugaakeetii 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Anwar Jamal siijaallanaa jabaadhu
Kana beektuu laata????aaddee Adaanech Abeebee, Anuwaar Jamaal fi Jawaar Mahaammad dabalatee hayyoonni heddu Godina Arsii Aanaa Asakootti dhalatan❤❤❤❤❤
Oduu nama qodduuf hin deemin
Yoyyaa ❤❤
Maashaa Allah Jabadha Qaqaali waan Oromoo heddu Namati Tolla ❤❤❤
Anuwwaar nama sammmu cimaa qabu waqayyon umurii kee hadheresuu nuf jiradhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Uufff ammalle oluma rabbi siha guddisu dhuga ❤❤
Anuwar❤❤❤❤❤❤❤❤❤,dhugaa ummataa milooyonaa 60 bakka bu'uunkee 100%
🥰🥰🥰 dhugaan ilmaa waaqti jabaadhu bro
Jabaadhu naaf jadhiin jabaakoo❤❤❤❤❤❤🎉
Nagaan waqayyoo isiinif haa bayyatuu Anuwaar Jamaal namaa jabbaa ❤❤❤waqayyoo sii haa ebbissuu hamman siin argiin garii siin darbii obbollessaa koo ❤❤❤haftee atillee ebbifammii namaa jabbaa nuuf dhiyyessittee ❤❤❤
Urjii sabaa ija irraa nuu hafii waggaa 1000 nuu jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Amalli kiyyaa fi ka Anawaar Jamaal walfakkaatu nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dafqisisaa keenya nuf jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤ Leenca Namaa nuuf jiraadhu!
Nuuf jiraadhaa
Anwar ❤baaye,ee jaladhaa ilmaa biyyaa koo asakoon magarsitee
Nama akkanaa kana nuuf dhiheysuu keetiif galatoomi ❤❤❤
Welcome Anawaar goota koo
Woww
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nufii jiradhu amlee umirii dheeraa isnfii hakenun
Wowwww Wowwww Jajabadhaa hojii gaariidha Jajabadhaa Walii jajabessaa Oromoo ko ❤❤❤❤❤❤❤
Qoyii Anwar atin firaa mammadi gababaa sanitii moo dhugaa hasayaa kee isaa natii fakatee
Rabbiin nama akkanaaa nuuf haa baayyisu ani jechaan isaan ibsuu hin qabu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!1
Moorii🎉
Jabaadhu Lenca Oromo Galatomi Habibii
Anwaar❤❤❤❤ ❤❤❤
Habitish hojjii baay'ee gaarii hojjeecha jirta jajabaadhu
Welcome❤❤❤❤❤
Anwar jabaadhuu waa'ee'baadiyaa jette irratt anis yoom badiyaadhaa jedheen ture garuu ilma badiyaa ta'uu koo natti tolaa
Seena OBN jijiirte jirta jabadhu ❤❤❤
Jabaa nama
Anwar nama jabaa 🎉🎉🎉❤
Qabanna,i Anuwar ilma ofirra darbee Ummataaf yaadudha ati.umurii dheeraa nuuf jiraadhu!!
Dhugaa dubbachuuf ati gaazeexeessaa dhugaatii jabaadhu!
Nuf jiradhuu goota keenyaa
Mataa dhiiraa jabaadhu hedduu siin boonna Anawaar keenya qophiin kee kan caayaa hedduu namatti tola jabaadhuu itti fufi
Ima dhugaa umriii dheeraa nuuf jiraadhu ❤❤❤❤
Anee koo❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ thank you
Brilliant journalist
Anwar jabadhuu habtamun garuu fakesdhaa mal argiteti duranu garaf iyuu turtee
Sabboontota sabaa❤❤❤❤❤
Rabbiin isin haa eegu.
Dhuga ati dhugaatti goota Anwar Jamal umuri dheradhu❤️❤️❤️❤️