ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Yooyyaa🌿🌿🌿🌿
Baga nagan dhuftan💖💖💖
Wlecome ❤💚❤👍👍👍👍
Nagaan bu,eraa jetaani yooni qabatani dhuftu laataa ufffffffff
Maaloo fib Tv n adaaraa keessan Ummata Wallagga bahaaf keessuma Magaalaa Angar Guuteee Ummanni magaalicha haala hamaa keessa jirra Ummanni boqolloo qotate akkatti galfatuu dhabee beelaan dhumaa jira kana malee Yeroo dhaqee miidhaan Koo sassabadha jedhu ajjeeffamaa jira humnoonni finxaaleeyye Amaaraa garuu akka barbaadanitti miidhaan isaanii sassabbachaa jiru Ummata Oromoo keessaaa guyyaa 11/03/2015 Magaalaa Angar Guuteee miidhaan sassabbachuu dhaqee Nama maqàa isaa Tasfaa Waaqjiraa ajjessaniru dabalatas akkasuma guyyaa gaafa 20/03/2015 nama maqaan isaa Abbabaa itichaa jedhamu ajjessaniru kanaf maaloo qaamnii Mootummaa yoo jira ta'e nuf haa birmatu boorii keenyaaf sodaa Guddaa keessa jirraa inni xiqqoo waa humna qarshii qabu gara Magaalaa Naqqamteetti goodanaa jira adaaraa Sagalee nuf ta'a