OMN: Turtii Dr. Ittaanaa Habtee fi Dr. Milkeessaa Miidhagaa waliin

แชร์
ฝัง
  • เผยแพร่เมื่อ 1 ก.พ. 2025

ความคิดเห็น • 183

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 หลายเดือนก่อน +13

    Nooraa Baga Nagaan dhuftan hundi keessan jabaa haa Waqayyo isin waliin hata u

  • @ጌች2023
    @ጌች2023 หลายเดือนก่อน +8

    Doctor Akkuma jette funyaan isa jennee aangoo irraa kassu qabna. Kanaa booda teenyee uummanni keenya kanarraa olitti salphaachu hinqabu.Ittaana yaada baayyee barreda kaffte jabadhaa. Doctor milkessa atis waan baayyee wanta gaarii kafftee qabso jalqabu qabna. Ka'i ka'ii oromoo tesse hindhuminni.

  • @iskandaraliyii09
    @iskandaraliyii09 หลายเดือนก่อน +3

    OMN❤yoomillee onnee ummata keenya keessa jirtani jabaadha
    Dr Laman isaaniyyu galatooma ❤❤❤❤

  • @Kamaalqa-l3z
    @Kamaalqa-l3z หลายเดือนก่อน +6

    Baayee galtooma dhugaa rabbi ❤❤❤

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 หลายเดือนก่อน +3

    Anaa dufu hayyoottaa keenyaa qaallii yooyyaa amale yooyyaa kabajamo prof Ittaanaa Habteef Dr Milkeesa Midagaa isiin jaalana
    Jabaadha oromoof oromiyaan mottummaa nafxanyaattiif mottumma nanoo oromiyaattiin fixammaa beellaa qabeena offii saamammaa biyyaa ofiiraa baqattaa karaa hundhan rakachaa jiru
    Kanaf jabaadha sabaa koo baraaruun dirqama hayyoottaa oromoo bakka hundhara keessaf hallaattii jabadha waheli haaqa waaqa🙏🙏💪💪💪

    • @alialialiali-sx7gu
      @alialialiali-sx7gu 12 วันที่ผ่านมา

      Baayee galatoma haayyootaa kenyaa qaalii waan quqamtota dhugaa umurii dheraa nuufi jiradhuu nuuf jabbadha ❤❤❤❤

  • @AbdeAlo-y4g
    @AbdeAlo-y4g หลายเดือนก่อน +10

    Dr itana ❤❤❤

  • @alialialiali-sx7gu
    @alialialiali-sx7gu 12 วันที่ผ่านมา

    Gazexessa keenyaa Abraham birruu baayeen galatomi ❤❤❤❤

  • @KeredinAbdu
    @KeredinAbdu หลายเดือนก่อน

    በመጀመርያ ዶር እታና ሀብቴ እጅግ እወደሀለው አከብረሀለው አንተን ሰምቼ አልጠግብህም
    የአቋም ሰው ለማንም ለምንም ስል የማያጎበድድ የማያወላውል እንደ ለሎቹ የማያስመስል ጀግና ሰው ማለት Dr እታና ሀብቴ ነው❤😍❤
    ከቄሮ (ከድምጻችን ይሰማ) ትግል ጀምረ አውቀዋለው

  • @alexyt6henoswoldayschannel319
    @alexyt6henoswoldayschannel319 หลายเดือนก่อน +2

    When I was in a Mental Hospital I remembered being accepted into a light of heaven by saying a name which I thought was a ghost because of how smart to come after Me was which I thought was cool by His smartness to be a spirit

  • @l_oromo4424
    @l_oromo4424 หลายเดือนก่อน +4

    Jabadhaa hayyooni kegnaa bayyee Galatomaa

  • @ጌች2023
    @ጌች2023 หลายเดือนก่อน +4

    Habtamu sagantaa akkasii ittifufinsaan gaggeessuun ummata kana barraruudha. Kanaafuu jabadhu.

    • @habtamutamene-nd3ev
      @habtamutamene-nd3ev หลายเดือนก่อน +2

      Habtaamuu Osoo Hin Ta'iin Abraahaam Dha!!

  • @diineeahmed3070
    @diineeahmed3070 หลายเดือนก่อน +3

    Dhugaadha akkuma isini jatan nagaan hin jiruu magaalaa awaday

  • @aliomer9
    @aliomer9 หลายเดือนก่อน +3

    Dhugadha Akkas jedha❤❤❤❤

  • @mgr761
    @mgr761 หลายเดือนก่อน

    Oh Dr. milkesa well come back brother : you hit on the nail I appreciate your ideas as always!

  • @mohammedaba-waji8112
    @mohammedaba-waji8112 หลายเดือนก่อน

    Thank you OMN it’s a great discussion keep up with such great work thank you so much ❤❤❤

  • @abdissamoges8512
    @abdissamoges8512 หลายเดือนก่อน +6

    D/R Etana❤❤❤❤

  • @AbdiAmaan-vq1wc
    @AbdiAmaan-vq1wc หลายเดือนก่อน +3

    Jabadha omn media fi hayyota keenya

  • @alexyt6henoswoldayschannel319
    @alexyt6henoswoldayschannel319 หลายเดือนก่อน +1

    When I was in a Mental Hospital then I remembered being accepted into a light of heaven by saying a name which I thought was a ghost because of how smart to come after Me was which I thought was cool by His smartness to be a spirit

  • @SeeyfuddiinBakar-q2s
    @SeeyfuddiinBakar-q2s หลายเดือนก่อน

    Dr milkiysa dhugaa.jatte galtoomi 🎉🎉

  • @haqubaas
    @haqubaas หลายเดือนก่อน +3

    Ara dhugatii OMN waan gaarii nuuf fiidee

  • @NebiyuAbdulaziz
    @NebiyuAbdulaziz หลายเดือนก่อน +2

    Dhugaa duubatee dr itaanaa cheracharoo kana. Jedhanii siiratii dhugaa dha umrii dhiiraa jaradhuu...Amalee tokkomaa odoo fiidanii woyaa.kafoo fi ABO tokko tawuu qabuu.

  • @JamsukaaIbrahim
    @JamsukaaIbrahim หลายเดือนก่อน +7

    Galatooma isin hundinuu yeroon ittana arku falmii isaa tan dur saniin yaadadhe tan inni abiy Ahmed akkan nama oromo bakka bu'un taane gad'fageenyaan kaasuu ture garu amma oromon wan ittana hasawu turetti dhufe amma hala kamiin juwaar dabalatee hayyonni oromo dhiifama waliif godhee sagalee umataaf tahan laataa,?

  • @gebeyehutamiru5392
    @gebeyehutamiru5392 หลายเดือนก่อน +1

    Gamaagamana dhaabatanii wal cabsuun Oromoof furmaata hin ta'u. kanaaf Midiyaan OMN haqa jiru irratti walii galuu karaa danda'amu irratti bal'inaan hojjetamuu qaba jedheen yaada. Jaallannu jibbinus ilmaan oromoo hundi dhumni keenya tokko.

  • @bultifayissa1342
    @bultifayissa1342 หลายเดือนก่อน

    Thank you Journalist Abraham for inviting these enlightened scholars!!!!!! Thank you Drs ,Dr Ittaanaa and Dr Milkeessaa!!!!!! When it comes to the solution, the way of OLA is the only way!!!!! The strongest evidence for this is that Jaal Maroo got the chair for negotiation before Jaal Daud, Professor Mararaa,Jawaar, and Obbo Baqqalaa Garbaa!!! As Professor Mararaa said,"God and Faranjiis support only the one that comes out stronger !!!!!" God bless you all!!!!!!

  • @abdisaeressi5075
    @abdisaeressi5075 หลายเดือนก่อน

    Kangaafatus kan gaafatamus galata qabdu warraaqsa wob jabeesuun oromoo ceessisuuf waltina irratti hojjechuun hundee gaaffii oromootti deebii dhugaa kennuuf osoo hojjetamee gaariidha garaagarummaa keessummeessuu ammoo aadefachuu qabna thank you ❤❤❤❤❤

  • @SaariiAbraahim
    @SaariiAbraahim หลายเดือนก่อน +1

    Hayyee Bayy'ee Galatooma omn jabadhaa

  • @sarrgodanaguyo3892
    @sarrgodanaguyo3892 หลายเดือนก่อน

    Dr Ittaanaa Ulfaadhu Galatomi dhugaa kettii
    Jabaadha💪💪💪💪🙏

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 หลายเดือนก่อน +3

    Ballessaan OLF, fii OFC nn WBO wajjiin tahudhaan leadership fudachuu dadhabbudhaa, kann Abiyyiiff chanssii keneefii

  • @AbdujebarAhmedSaido-h6g
    @AbdujebarAhmedSaido-h6g หลายเดือนก่อน +1

    Gara Harargee Manni Haadha Hiyyeessaa Daandii Gubbaa Maqaa Misooma Kooridariin Diigameeti Biqiltuun Hin Beekamne Dhaabamaa Jira.Yaa Warra OMN Qilleensa Keessan Gubbaan Addunyaatti Gidiraa Sirna Pp Kana Nuuf Dabarsaa
    Umrii Dheeradhaa Isiniin Jenna

  • @FirooDha-qc6iq
    @FirooDha-qc6iq หลายเดือนก่อน +3

    Jawar nuuf dhiyeessa please omn

  • @KennaGutama
    @KennaGutama หลายเดือนก่อน +3

    Dr Etiana kuni Golii yero Galchu qimamii itti godha

  • @habtamutamene-nd3ev
    @habtamutamene-nd3ev หลายเดือนก่อน +2

    Jiraadhaa Dokteroota /Hayyoota Keenya ! Isin Jaalladha !!

  • @shibireansha1422
    @shibireansha1422 หลายเดือนก่อน +1

    Noraa baagaa nagaayaan dhuftaan hayotaa keennaa

  • @DemituGelana
    @DemituGelana หลายเดือนก่อน +1

    Nuf jiraaadha hayyootaa keenyaa

  • @melkamuadane2952
    @melkamuadane2952 25 วันที่ผ่านมา

    Dr..etana,d.r milkesa,and jawar bring together and make discussion

  • @Abdurahman0915
    @Abdurahman0915 หลายเดือนก่อน

    IMIMMAAN UMMATA MISKIINA KANAA HUMNA RABBIIN ISINIIF KANNEEN IRRAA HAQAA YAA HAYYOOTA KEENYA❤

  • @GadisaFikadu-w3c
    @GadisaFikadu-w3c หลายเดือนก่อน +1

    Yaadnin Dr. Ittaanaan kaasee" state Itoophiyaatu Oromoo ofirraa eega". Dhugaadha kun gaafuma biyyatti bu'uurooftu xaxaafi jibba Oromoo irratti.

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 หลายเดือนก่อน +1

    Yes,warri America fii europa Tri- angle economy dhaan offgudissan ,

  • @blessgirma6217
    @blessgirma6217 หลายเดือนก่อน

    Nice work Dr. Milkessa and Dr. Itana

  • @jabooosman9250
    @jabooosman9250 หลายเดือนก่อน +1

    Dr. Ittaanaa rakkoon guddaan walii abboomamuu fi beektotni akkaataa pirofeeshinii keetnnaan dursa walii kennuu dhabuudha bara ce'"uumsaa kan ture. Ammas yeroo ceüumsaa san mariin turu. Jawaar fi Isqeel fi namoonni isaan gargaaraa turan OLC hundeessee ture hogganoota walitti qabuuf. kana fudhachuu fi waliif abboomamuu nu barbaachisa. Jawaar qofa miti kan jijjiirama fide garuu hoggansa fi tarsiimoo cimaadhaan qabsoon akka bakka gahu kan godhe adda-dureedhaan isa ture. Kanaaf, ammas KFO fi ABOn waliin tahuun nama cimaa siyaasaa baratee fi beekamtii ummata biratti qabu filadhaa itti deemaa. FKNf Hoggansaan Jawaar, militarii immo Marroo bakka buufadhaa itti deemaa. Angoo yoo tahe hunda keenyas walgahaa. Dursa hunduu bakka tokkotti kurfaahuu barbaachisa achi booda Abiyyi Angoo akka gadi-dhiisu kan itti deemamu. Fayyaa tahaa hundi keessanuu!

  • @ZanTadale
    @ZanTadale หลายเดือนก่อน

    Haala kamin sn qunamu dhima yeroof oromiya irraa oddessa kenuf

  • @jsgsu2687
    @jsgsu2687 หลายเดือนก่อน

    OmN wel come ❤❤

  • @abdissamoges8512
    @abdissamoges8512 หลายเดือนก่อน +1

    D/r Melkesa❤❤❤❤❤❤

  • @Umarabdoofficial
    @Umarabdoofficial หลายเดือนก่อน

    Jabaadha ❤❤

  • @AlemayehuAmena
    @AlemayehuAmena หลายเดือนก่อน

    Thank you all sbraham milkessaa itaanaa

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 หลายเดือนก่อน +3

    Hikkniissaa? OLF,OFC, Fii WBO"nn tookoo taeee PP arriee leadership fudachuddaa , like syria leader gone

  • @Abdurahman0915
    @Abdurahman0915 หลายเดือนก่อน

    ❤❤❤Dubbii dhugaati❤❤❤

  • @HabtamuEgata
    @HabtamuEgata หลายเดือนก่อน

    Great point!.

  • @OROMIYAA-r8z
    @OROMIYAA-r8z หลายเดือนก่อน

    Baay'ee baay'ee galatoomaa hayyoonni kheenya umrii dheeradhaa

  • @tegenegizaw2918
    @tegenegizaw2918 หลายเดือนก่อน

    Dr Ittaanaa! Miraculous critic!

  • @alexyt6henoswoldayschannel319
    @alexyt6henoswoldayschannel319 หลายเดือนก่อน +1

    It's an interesting story to find You're Adopted looking at Siblings to feel It

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 หลายเดือนก่อน +1

    As P.W.Botha said gurachi samu ittin of bulchu hinqabu,,Abiy is buildin palace,,while people have no food, zuma was building 25 million wort house ,while millions were living in loseto ghetto

  • @DanielKelbesa
    @DanielKelbesa หลายเดือนก่อน

    baga nagaan dhuftan! rakkoon isiin dubachaa jirtan waan nurra ga'aa jiru kan dubatamuu olii dha. Waa'een gibira , mewaaccoo adda addaa ,dubachuun gaafachuun ilee kan hin danda'amne ta'u

  • @tahiraliyi4501
    @tahiraliyi4501 หลายเดือนก่อน

    Galatoomaa fala fi furmanni haayyoota Oromoo qofarraan dhufu danda'a rakkoonni ummaata. Hardhas abdi biyya kana hayyoota Oromoo qofa jabaadha.

  • @firancosaba-n1v
    @firancosaba-n1v หลายเดือนก่อน

    Ana kan na yaachisuu nammichii wolaaltun tun ni kuftii, ammaa isiin warrii hayyoota oromoo taatan wanti siin gochuu hin daganne, eennun akka bakka buusuun danda'amu keessan woliin mari'achuu qabdu, kan kana irra hafee qabsoon haa finiinu ummaani keenna dhugaa isaa ni argaata dhugaan kan ummata baldhaati

  • @l_oromo4424
    @l_oromo4424 หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤🎉🎉🎉❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏

  • @KiyyaaKena
    @KiyyaaKena หลายเดือนก่อน

    🎉Dr,baga ngaan dhuftan

  • @derejewaktola6061
    @derejewaktola6061 หลายเดือนก่อน

    well came back 🎉🎉🎉

  • @alexyt6henoswoldayschannel319
    @alexyt6henoswoldayschannel319 หลายเดือนก่อน +1

    Even to be accepted As An Oromian

  • @radiyaahusen8072
    @radiyaahusen8072 หลายเดือนก่อน

    Jabadha walii gala

  • @BestOf-o6w
    @BestOf-o6w หลายเดือนก่อน +1

    Motummaan pp nasu maltu batachisa jira kufaati sni ofirati beerte fakkati itti mudaa ummaniis raabbi itti kadhachaa jira akka kuuftuuf

  • @abebebekele5135
    @abebebekele5135 หลายเดือนก่อน

    Dhugaa dubbachuuf taanan madaa ummaannii oromoo keessa jiruu kaasaa jirtu. Har,a qonnaan bulaan keenya sa,aatii oomishaa isaa itti sassaabbachuu qabuuttii mootummaan maqaa leenjii jedhuun qonnaan bulaan akka hojii isaa hin hojjeenne itti taphaacha jira. Kan didee fuudhanii mana hidhaa geessuu eessa akka jirus beekuun rakkisaadha. Keessattuu ummannii baadiyyaa jiru rakkoo hamaa keessa jira. Hojii isaanii dhiisanii mana bulchaa gandaatif ijaara sababa jedhun qarshii humna ol ummatattii ramaadun, qarshii qofa mitii ofiifis hojii dhiisani akka ijaaran dirqaaman ummatattii taphaacha jiru. Barnoota wantii jedhamuu hin jiru jechuun ni danda,ama sa,aatii kanaatti. Kan biraa immoo gibira qonnan bulaan lafa heektara 1ttii har,a qarshii 15000 gaafacha jiru oduu mitii kun waan qabatamaa maatii keenya irraa dhagaa,a jirruudha. Walumaagalaattii ummaannii bal,aan keessaattuu kan baadiyyaa keessaa jiraacha jiru dararaa bara kamuu argee hin beekne har,a argaa jira. Namni fedhii isaa malee milishaa fi Raayyaa ittisaa akka deemu halkaani fi guyyaa reebama oola qe,ee isaa gubbaatti osoo yakka tokko hin rawwaatin. Erga Wagga 6 asiiti miidiyaa gubbattii gad-ba,aanii biltsiginnaa biltsiginnaa jechuu malee waa takka waan ummataa kanaa fayyaadee hin agarree. Rakkoon ammaa oromoon ittii jiru isa durii dachaadhaan caala.

  • @Caalaamussa1
    @Caalaamussa1 หลายเดือนก่อน +1

    Hayoni oromo malif nuti califatan malif falah nu kenye hadara
    kesan fala nu kawa

  • @Biratuchali
    @Biratuchali หลายเดือนก่อน

    Haati Abiyi Moti taata jette male muumicha minstera miti kanaaf hnga masaraa ijaarrate qopheese sirnni pereshendaaliif tau seersa base hanga prezedanti tae filamuuf karaa qophessa jira kanaaf ammaiyuu abjuun hadha isaati ammaiyyu galma hingeenywaan taeef itti hojeta jira

  • @FarahanAbdi-k8x
    @FarahanAbdi-k8x หลายเดือนก่อน +1

    Hhhh Dr waan ajaa'ibaa himta jabaadhaa hayyoonni oromoo marii gaarii waliin godhaa furmaata qabsoo tokkoon nuuf koottaa

  • @haqubaas
    @haqubaas หลายเดือนก่อน

    Dhugaan Jirtuu tana

  • @ጌች2023
    @ጌች2023 หลายเดือนก่อน +1

    Karaa jawaar saqqee hunda hordofuun barbaachisaa dhaa.

  • @gaaddisaatafarii716
    @gaaddisaatafarii716 หลายเดือนก่อน

    Jabaadhaa

  • @MasratNuse
    @MasratNuse หลายเดือนก่อน +1

    ❤❤❤❤❤

  • @tomasd1776
    @tomasd1776 หลายเดือนก่อน +1

    sure jete Dr milkedsa abiyi oromo iyomse angoraa turu barbada kanaf galmaa mutuma cakati birri milona hedu iti dhngalase ijaraa jiraa gababumatii.

  • @ZakiosTadessa
    @ZakiosTadessa หลายเดือนก่อน

    Haayyonni keenya yeroo isin akkasi mariyattan heddu na gammachiisa . Waa heedduu isinirraa gara fuuladuraati ni baranna

  • @GamekedirDelu
    @GamekedirDelu หลายเดือนก่อน

    jabaadhaa

  • @lamiabagiso
    @lamiabagiso หลายเดือนก่อน

    Exactly

  • @lamiabagiso
    @lamiabagiso หลายเดือนก่อน

    Osoo hayyoota akkanaa qabnuu maaliif baruma baraan gabroomna

  • @feyo3818
    @feyo3818 หลายเดือนก่อน +2

    enyuuf akka misoomnu nama shakkisiisa maal adig maal ta'e

  • @TelilaWarabu
    @TelilaWarabu หลายเดือนก่อน

    Baga Nagaan dhuftan Dr… ta Oromo,
    Dhaamsi an oromoof qabu
    1. Abyi irra
    2. Warra turuqaa Lamma Magarsa qaban
    irra
    3. Isa ijoollee mirga Oromoof qabsooftu qabsoo irra sosobee galchee harkka motummatti fichisiise akkasumas nan marfame jedhe dargaggoo Oromo fichesiise ammamoo “Hinggaabbu” jedhu irra of eeggadhaa.

  • @birhanuararsa
    @birhanuararsa หลายเดือนก่อน

    DHUGAA KEE DUBBATEE DR. UMURII DHERAA JIRADHU!!

  • @bahrihusen1194
    @bahrihusen1194 หลายเดือนก่อน +1

  • @NigusieTeshome
    @NigusieTeshome 28 วันที่ผ่านมา

    Yaa dubbii dhugaa garaa namaa gahu

  • @haqubaas
    @haqubaas หลายเดือนก่อน

    Gaafii fi feedhii umata Oromo aka qaanitii laaluu dhabuun bilisumaa iraa tahaa. Hoogantoni fi haayoonii Oromo gaafii Oromo guutu guututii hiimuu sodaatuu. Sababiin Oromon caraaqee, caraaqee, waa argachuu nuudhorkaa keesaa isa toko.

  • @alnagaasaa134
    @alnagaasaa134 หลายเดือนก่อน +2

    Galata GUDDAA qabdaa Itaanaa. DHUGAA n qaama qabaatee Mills qabaatee utuu deemee, Itaanaa hara’a haasa’e kana fakaataa. Amma eergii USA jiraatee, Hawaasota Oromoo wajjin walargu qabda jedhen yaadaa

  • @Kamaalqa-l3z
    @Kamaalqa-l3z หลายเดือนก่อน

    Good ❤❤❤❤❤

  • @foziad-rx8ir
    @foziad-rx8ir หลายเดือนก่อน +1

    Dhugaa baayyeen sitti Gammade Dr Ittaana....nuuf jiraadhu

  • @Sami-mo7wy
    @Sami-mo7wy หลายเดือนก่อน

    Anni dhuunfa kiyyan family kiyya sababii gibirafi kolidaritiin biitinahe jira

  • @JoniMan-d5n
    @JoniMan-d5n 28 วันที่ผ่านมา

    Doctoraa dhugaa ta,uu yeroon ragaa sii bayee doctorii ittanaa dhugaa waaqaa

  • @HasanImam-d6p
    @HasanImam-d6p หลายเดือนก่อน +1

    Manadiigani marga dhaabuu bakkafoto ittikanu nuijrani ammammo. Namafsuraawalmakate()walfakkate

  • @Eagle-iv9pt
    @Eagle-iv9pt 27 วันที่ผ่านมา

    Dr Milkesa bayye sobas qabda. Jibba Abiy qofas qabda. Moras baqata kessa waan jirtuf akkasiti qqqquuuu jeta

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 หลายเดือนก่อน +1

    Lalli? Food industry oromia kessatti dabbnee Africa food market fudhachuu hindandahama ,

  • @gosatelila4123
    @gosatelila4123 หลายเดือนก่อน

    Baga deebite Dr Itaanaa sila boruu wal loltaani miidiyaa irraa baduu

  • @Gen-X-th9vt
    @Gen-X-th9vt หลายเดือนก่อน

    All of those who went home are chronically unemployed!!

  • @fayyineeseedaa798
    @fayyineeseedaa798 หลายเดือนก่อน

    Jawwar si haa kenu

  • @SHAME2316
    @SHAME2316 หลายเดือนก่อน

    Jawaariis nuuf afeeraa maaloo

  • @fresh-life2440
    @fresh-life2440 หลายเดือนก่อน +1

    Biyyoonni Lixaa kan isaan guddataniif namoota duraan turantu of-kennanii gama hundaan hojjetanii biyya isaanii saayinsii fi teekinoloojiin guddatanii isin dabalatee baqattuu taananii itti galtan. Baqatan yeroo mara koolu galaa dha. Cichee kan hojjete ammo biyya isaa jijjiiree hawaasni isaa akka guddatu taasisan. Akka keessan kanatti garuu, biyyi Itoophiyaa fi naannoon Oromiyaa jedhamtu jijjiirama xiqqoo yoo qabaatte illee; jijjiirama bu'uuraa fiduuf saayinsii fi teekilnoloojii ishee barbaachisa. Kanaaf, taa'anii odeessuu irra cichanii hojjechuu dha. Mee akka fakkeenyaatti biyya Dhiha Afrikaa Burkiinaafaasoo jedhamtu jijjiirama isheen fidaa jirtu ilaalaa. Ani kanan jedhu akka OROMOO TOKKOOTTI biyya koo jettanii kan yaaddaniif sana Siyaasa Isaa dhiisaatii Dinagdee fi Saayinsii irratti hojjedhaa. Dinagdeen guddanaan mootummaan kami iyyuu jaallatee uummata hin kabajuu. Qonnaa Ittaanaan jettu ammoo Qonnaan bulaan keenya bal'inaan waggaatti yeroo sadii hojjechuu egalee jira. Kanaaf, gara dinagdee fi teekinoolojii irratti hojjedhaa. Kan si dhibu Dambi Dolloo biyya keetti bonaa fi ganna qotuun egalamee jira.

  • @kalidmuhamad9386
    @kalidmuhamad9386 หลายเดือนก่อน +1

    Mada tenna kaftan galatoma

  • @FuadSultan-uo3tm
    @FuadSultan-uo3tm หลายเดือนก่อน

    Yeroon hayoonii oromoo tokkoo ta'u qaban amma

  • @siom2424
    @siom2424 หลายเดือนก่อน +1

    Waan sirriidha waa’een coriiderii kun

  • @alexyt6henoswoldayschannel319
    @alexyt6henoswoldayschannel319 หลายเดือนก่อน

    You can call It Anger Management anyways sorry Nasriye during seventh grade which I might've remembered mentioning then truth is I came from a rough Childhood

  • @Anuwar-tamam
    @Anuwar-tamam หลายเดือนก่อน +1

    Ayii kitaanaa habtee kun alaittanee haasa'ugaa isinitti fakkeessa ayii yaaworra isajala yaa'u akkani ajaa ta'e kaninbare woyyaneef deebi'ee boohaature OMN kanas arabsaature isin sadanuu eloofi geloodha😅😅😅😅😅

  • @wondimufufa7071
    @wondimufufa7071 หลายเดือนก่อน

    Oromoon tokko tahuu qaba,gaffiin saba ammaa deebi'uuttii bilisumman tokko illee hin jiruu,oromoon hiree isaa ofiin murtteeffachu qaba,biyyaa itiyoophiyaa faana jiraachuf ykn addaa bahuuf namni tokkoo anatu sii beeka osoo hin taane,sabni ofumsa filaachu qaba.

  • @habtamuwakjira7990
    @habtamuwakjira7990 หลายเดือนก่อน

    VAT15% kan bankiin nuddhiphisee jira irratti dubadha