Kadiiroo keenya hadaraa hanqina jawar kan ummata biratti isa gad buusu akka hin dubbanne ummanni keenya kun garri harkaa badee jiru kun daranuu laafaa waan ta,eef
As wr wb kadiro wan siin jenuu motumaan mana kenyaa nurraa digaa jirra akkaa male gibiiri halaa male narrati olkaasan gibiiraa duraan 300 amaa qarshii 4000 dirqamaan nurraa gurra jiraan dhumne nu iyaa jaabadhaa
You guys should stand with Jawar and fight this killer regime
Welcome back Kadiro ❤❤❤❤❤❤❤
እግዚአብሔር ምስክሬ ነው፣ እንደ ከዲሮ አንጀቴን ቅቤ የሚያጠጣ ሚዛናዊና ፕሮፌሽናል የፖለቲካ ተንታኝ አልገጠመኝም።
ከዲሮ ክበርልኝ! አመሰግናለሁ። 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Galatoomi
Mana nuura digaani kuno biyyaa keessa nu ari'aani jirani bishaaniti dhuumachaa jiraa ummaani keenya kadiro bayyee rakkane jira ijole keenya karaa baqatin biyyaa libayati bishaniti dhumachutii jirtii motummaan kuni ummataa fixee jira mal bulchuf deema saababini ijolen keenya bishaaniti dhumacha jirtuuf biyyaa araba woggaa dheera teese waani isaan ijarataan irraa digame abdi kuutachuraan kan hafee dorsissin adda addaa irraa gaahun baqaachuf saaxilamani
Haasa Jawwaar godhe dhaggeeffadheen jira. Achi keessa inni OPDOn ykn ijoolleen dugifachaa wayyaanee duraanii jibbi isaan ABOf qaban lafee isaanii keessa jirti jedhu sirrii dha. Kaayyoon pp inni guddaan seenessa seenaa oromoo faallessuu fi balleesuu dha.
Galatoomo kadiiroo keenya ilma hangafa warra keenyaa sanyii jalqabaa baga si qabaanne oduu qorattee akka gad nuuf baaftu asumaanuu amaanaa sotti dhaammanna
bagaa nagayan dhufte
Kadiiroo keenya hadaraa hanqina jawar kan ummata biratti isa gad buusu akka hin dubbanne ummanni keenya kun garri harkaa badee jiru kun daranuu laafaa waan ta,eef
Yoyaa kadiro jiraadhu ❤
kadro ❤❤❤❤❤❤
Jawar Mohamed WBOf Finxaaleyyii fanoo walfakessuun dogongora fula suni off sirreesuu qaba
Good job Kadiro
Yaada baay’ee gilchaatadha kadiro galatoomi
Wel come❤
As wr wb kadiro wan siin jenuu motumaan mana kenyaa nurraa digaa jirra akkaa male gibiiri halaa male narrati olkaasan gibiiraa duraan 300 amaa qarshii 4000 dirqamaan nurraa gurra jiraan dhumne nu iyaa jaabadhaa
Yeah....Jawar..Jawar....
Yoyaa yoyyaa kadiroo.
Sii'hordhofaa jira Sololo hira ittii fufi
Motumanmalgodhudandaha
Dhaagafaachaan jiraa gaalatomii
Abiyi Oromoo mitii Oromiyaa dhalate malee
❤❤❤❤❤
Well come
Yooyyaa Kadiro Elemo anaa dufu ittii fufi walin jira yoomu Sololof oromiyaa kuttaa hunhara
❤❤❤❤ nujiradhu
Dargii keessatti namni saalaa ajjeese innilleen ni ajjeefama
🎉🎉🎉🎉🎉
Wal hin fakkeessin kajedhe wabuuf faannoo waliin araaramaa jechuudha.
Thanks so much bro ❤❤❤❤
Maallaqa maqaa qabsoon walitti qabde PLC 23 banachuu keetti hin gaabbitu,dugda oromoota irratti daldaalu kee hin gaabbitu moo maqaa ummata Oromoon qarshii walitti qabde misooma Oromiyaa keessatti hojjechuu dhiisuu keetti hin gaabbitu ,mee isa gaafa hidhamte PLC 23 galmeesiste keessa ABO ittiin tumsi ykn M/barumsa tokko illee ijaarsisii gaabbi
Lakk0fissakenaerigi❤❤❤❤
Finfinnee
Kofale maali
Baga debiite ka
❤
AYI KADIRO ???? NAMOOTA WAL DORGOMUU HINDANDEENYE WAL BIRA DHAABDAA????? JAWAR MEEQA SIIF KAFFALE ? MOO DUBBII AMANTAATI???