Nama Waaqayyo,eebbifami bara baraan mana Waaqayyo keessaa hin dhibamiin,Ayyaanni fi araarri isaa lafa jirtanitti siif akkasuma maatii keessaniif haa baay'atu bara quufa,mootummaa isaa keessa isin hin dhabiin Waaqayyo❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuffgffffffff bagaa naga naf dhuftee mucaa yesus waan hundaan na boonsitee kan .{ kan utaalcha.sirbaa.ayyana of irra hin qabnee fakkatu baayedha gurra nu duchaa jiru.atumti ebbifami bara baraan.
Iyyeesus koo akka si jala gadi hin bune ayyaani kee nu haa dhaabu! Ayyaana kee malee namni dhabachu hin danda'u! Maloo maloo yaa gooftaa ayyaana kee nuuf bayyisi!!!
Anatu Dursa Ilaalee
P/Abera Namni Akka Koo Faarfannaa Isaa Jaallattan Like '' Share 'Comment Godhafi👏👏❤❤📖👈
Me 🥰🥰✅💯
ANI jaalladheera farannicha like comment shere godheeraaf
nattii toltettaa ebbifaamii
abarraa maaf badde deebi'uukeetti garuu gammanneerra
Uuuuuufffff waqayyo gudda si ha ebbisu Abarra Farfana dhagefatame in qufamnee kuno
Waaqayoo baraf Jireenya keessan haa ebbisuu ebbifamaa dhugumatti farsaa ulfinaa waaqayyon gutedhaa keessa nama gammachisa akkasumaa shubhisa fokkataa ilee hin qabuu seeraf heera uumaa egamaadha abara keenya waaqayoo baraf Jireenya kee dachaa haa ebbisuu ammayuu akkasumaa warroni ga,ee kana keessati hirmatanis ebbifamaa 🥰👈💪
Ameeeeeen ameeeeen ebbifama ebbifama farfanna aja'ibati lakki ani gad bu'uu jalloota waajiin farfartoota keenyaaf ayyanichi dachaa ha dabalamu waqaayyo bira ebbifama
❤❤❤❤❤ ebbifamaa p/abaraa abanko bara kessan haa ebbisu
Eebbifimaa maqaa yesus uuuuuuuuuufffffiii gooftaa ulfadhuu Ayyaanni kan caluu sinfii haa dabalamuu
Eebbifamaa Asee fi Abeen. Abeen jilbaan nuu fidnaan, Aseen nu biraan gahe!
Eessatti badee jechaan ture, edaa faarfannaa humna ibidda kana qopheessaa turte dhokatte. Gooftaan si haa eebbisu. Ammallee kan biraan nuuf koottu. Coming soon isa jedhan illee hin agarreem kanuma ati nurraan geessu argine. Itti kuta ilma. 1000 jiraadhu.
adraa warri shamarranii mataa keesanitti uffata godhaa, uffata dheeraas uffadhaa. waaqayyoo isin haa eebbisu
Nama Waaqayyo,eebbifami bara baraan mana Waaqayyo keessaa hin dhibamiin,Ayyaanni fi araarri isaa lafa jirtanitti siif akkasuma maatii keessaniif haa baay'atu bara quufa,mootummaa isaa keessa isin hin dhabiin Waaqayyo❤❤❤❤❤❤
Uuuuuufffeee akkam nama boqochisaa ebbifamaa 🙏🙏🙏
Wowo Wowo waaqayyoo dachaa dachaa sin haa eebisuu eebbifamaa
Waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbisu ebbifamii
Ameeeeen ebbiifaamii namaa waaqa ayyaanichii dachaa sif haa baayatu ammaa yuu
uuuuuufffee 😍😍Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebbifaamii Haadhooko Ebbifaamii Dachaa Ebbifaamaa dachaan 💚💝💚💝💚💝💞🌹🌹🌹🌹🙏🙏🙏👏👏👏
Lakki gadi hin bu'uu jalloota wajjinii
Ulfina naaf wayyaa waaqayyoo wajjinii..
.
.
.👍👍👍🙏🙏🙏🙏
Haaleluuyyaa! Maal Faarfannaan akkas nama eebbisaa nama jajjabeessu! Maqaan waaqayyoo bara baraan waa'ee keef haa eebbifamu ,Hojjetaa Fo'amaa,hojjetaa Maasii Waaqayyoo ,Gatiin kee Jireenya bara baraati Paster Abarraa!! Akkasumatti Ifaa jiraadhu❤❤❤❤
Woowwo Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa baga nagaan dhuftanii Paaster Aberra & Aseffa Eebbifamaa Baayi'e namatti tola hundumti keessan 🎤👏👏🙏🙏
Bayyee ittiin Eebbiffameera Galatoomii waqayyoo Ayyaanna isaa siif yaa Dabaluu ❤😂😢😮❤❤❤❤❤❤❤
Wowowow waaqayyoo gooftan sagalee jireenya bara bara si yaa dhageessu Abarraa koo farfannaa kee baay'een jaalladha dur yeroon pheenxe hin ta'iin illee dhugaa!❤️🙏
Bagumaa sagalee kilolee waaqayyoo siif kennee kanan biyyaaf waanta gatii hin qabnetti hin baleessiin waaqnii bagaa hojjeeta mana isa si taasiise maaqansa yaa ulfaatuu kanuma caalaatti ayyaana isa siif yaa baay'isu🙏💓 eebbiifamiin sin jedha aboo koo kabajama baay'ee si jaalladha jaalalaa obboolummaa ❤️💚🌺🌺🌺🌺🌺💖💖💖❤️❤️🙏🙏🙏🌺🌺🌺🌺
Waqqayyoo isnnii. Ebisuu ebifamaa goftakoo isin ebisuu ebifamaa ebifamaa dachaa dachaa dachaa dachaa dachaa 🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐📚📚📚📚📚📚🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🧏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
Abe qashtii ❤💚❤ haalan bareda dhugaa.........
Eebbifami Nama waaqayyoo!💚💚💚💚
Hin quufamu!
Ulfina Dura koo jiru ilaaleen dhiise..,.....
Eebbifami Abarraa keenyaa!
Waaqayyoo sihaa jiraachisu!
Ameen Ameen Lakki anis gadi hin bu’u! Baga nuuf mul’atte Faarfataa Abarraa. Baay’ee si yaadneerra! Hunduma keessan Waaqayyo haa eebbisu.
Gooftaan Ayyaanasa simboosa isa kanaa olii siifa dabalu Eebbifamaa
waaqayyoo abbaaan si haa eebbisu abarra.hamma dhumaatti jabaadhu dhaabadhu.ayyaanni waaqayyoo siif haa baayyatu
uuuuuuuuffffeeeee Ameeenn waaqayyoo sin haa eebbisuu farfanaa ulfinaa qabudhaa❤️❤️❤️💔💔💔🙌🙌🙌
Waaqayoo siin haa ebisuu ebifaama ebifaamaa baayee namati tolaa
Wawoo wawoo wan ajaibatii. Waaqayyoo afaan nama kanaa sirrittii diberraa haa ulfatuu yesus 🙏🙏🙏🙏🙏😌😌😌ebbifamaa dachaa dachaa lakii anii gadi hin bu'uu jalotaa wajjinin ulfinnaa naaf wayyaa yesusii wajinin Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn Ammeenn hallelujah🙏
Uuuuuffff Ebbifami Waqayyoo hundumaa keenyaa haa gargaruu!
Uuuuuuuuufeeeeee P/Abaraa ebifama Ayanii waqayoo dachatii isinifii haa bayatuu
Lakii gadii hin bu'uu jalotaa wajin
Kabajaa nafii wayaa waqayo wajinii Ameeeeeeeen haleluyaaaaaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Ameen Ameen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu 🙏 ❤ 💖 nuuf jiradhaa!!
Wwwwwww bayee namatii tolaa jabadhuu dhufee jiraa atisii kotuu 🙏🙏😍🥰🥰
Wakjiraa ulfadhuu anii sirraa waan baay'een baree
Ameeeeeen Dhuggaadhaa Kabajaa naaf wayya.........
Jaallatamaa keenyaa guddaa eebbifami. Dhugumaan ergaa guddaa qaba
🙋Wowowowo ebifamaa dachaa ebifamae ameeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇✅✅✅✅
waaqayyo jireenya kee haa eebbisu qaalii kiyya!
Ebifama dachaa ameen ameen gooftaa koo sii haa ebisuu ebifama
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen uuuuuuuuuffayyyee Ebifamiii Farfataa Abaraa waqayyoo kanuma calaa dhunfaa isaa si ha tasifatuuu
Waqaayyoo bara keessan haa Ebbisu Ebbifama dabala Farffadha ammas ammas Maqaa yesusin
Wwwwwwooowww uuuuufffffeee ebifama 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❣❣❣
Waqayyoo baaraaf jiirenyakee haa Ebbisuu,
Haleluyaa elelelele ebifama dachani dhuga farfannaa heduu namati tolu dhagefadhe qufu dhadhabe goftani barafi jirenya kesani ya ebisuu Ayyana isa sinif ya bayisuu
Ammmeeeeen uuuufffeeekkkaaa lakkii anii gadii hin bu.u jalota wajjinni 🙏🙏🙏🙏🙏✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
Ameeeeeeeen Ebbifamaa Namaa waaqayyoo gooftaan maccaa barafi jieenyaa keessan yaa Ebbiissuu
Uuuuuuffgffffffff bagaa naga naf dhuftee mucaa yesus waan hundaan na boonsitee kan .{ kan utaalcha.sirbaa.ayyana of irra hin qabnee fakkatu baayedha gurra nu duchaa jiru.atumti ebbifami bara baraan.
Uuuuuuufffeee Ayanichi dachaa dacanii isni iratii haa hafuu ebifamaa
Lakki ani gad hin bu'u jallota wajin ulfina .naf wayya waqayyoo wajin ameeeen ameeeeen ameeeen eebbifama nama dibata
Wow baayyee namatti tola waaqayyoo isin haa eebbisu
Ameeen ebifaami nama waqaa bayee nama boji'aa farsaankun ulfaadhu yessus
Wow wow wow..yeroo baayyeef sagaleekee karaa faarsaa nudhokfatte,amma haala ajaa'ibaatiin nuuf dhufte.eebbifami!
Waaqayyoo koo galatoomi!
Edaa dubbiinkee baroota keessatti nubira hafe hinbeeku!
Tulluu ulfina keetirraa akka gadi hinbuuneef Ayyaanaa nuuf baayisWaaqayyoo si haaeebbisuu #AberaGudeta!
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifami Gooftan ayyana caluu sifi haa dabalu 🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️uuuuuffffff
Waqayyoo kanumaa cala ayyanaa sif haa bayisuu maqaa Iyasusin Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifaamaa
Uuuuuuuuff waqaayyoo isiin haa ebbisuu ebbifaama ebbifaama ❤❤❤❤🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸🎸
Namnii ofii Isaa beeku lammii isaaf qoricha
Amee lakkin anis gadi bu'uu biyyaa lafa wajjin ulfina naf wayyaa yesoo koo wajjiin
Galmi keessa inni dhumaa mana Waaqayyoo keessa hasta'u Ameen!!!
baayee nama gammachisa murto ati ittin faarsitu milkaa'ina isaf jabadhu
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen uuuuffffffeeeeee ulfadhuu Iyesus goftaan dachaa sin haa ebbisuu ebbifamaa
Ameen ameen ameen uuffffeeee ebbifaamiii p Abara
Ameen eebbifaami dachaani nama waqaayyo ayyaani waqaayyo siif haa bayy'atuu
Amasii waqayyoo dabalee sii haa ebisuu!!!
Haaleluyaa baay'ee eebbifamaa nama waaqayyoo
Eebbifami...yeroo baay'ee keenya biyyi lafaa gadi nu buusaa jiruutti Faarfannaa akkasiin gara Waaqaatti waan nu deebisteef eebbifami
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifaami ebifaami farfataa bayyee jaladhu farfanaa ketis bayyen ebifamee waqaayo baraa kee jirenyaa kee tajajilaa haa ebisuu ebifaami ayaana
Wowowowowow Akoo atii heduu hedudhumaa dhalotaa kanafiii fakkenya gotta farfanna kee hundanuu kabaja jalalaa nu biraa qabda ebbifamaa nama Waqayyoo dacha sifa bayyatu ♥️♥️♥️♥️💟💟💟💟💟💟💟💟😍😍😍😍♥️😍♥️😍♥️♥️😍
wuuuwwwuuu lakii anii gadii hin bu,uu jallota kabaajaa naaf waayyaiyesus waajiin ameen ameen ameen
Waqaayyoo waqaa rraa Lachuu keessaanu ha ebissuu ebifamaa Asee
Lakkii gadiin bu'uu jallotaa wajiin anii ulfinaa naa wayyaa kristoos waliin uuuufffffeeeeeee ebbifama dachaan
waaqaayyoo Isa haa eebbisu farfannaa erga qabu free from fashion of technology song
garaa namaa qabbaneessa waaqnni dachaa dachaa ayyaana isaa siif haa baay'isu Abu.
Waqayyo baraa ke ha ebisu ebifamii Ameen Ameen ebifama hundumtii kessan😍😍😍🙌🙏🙏🙏
Waqaayyo Gooftaan inni isiini haa ebbisuu Eebbifaama hafaa
Ameeeeeen uuuuffffuuuufffeeeyy lakki ani gaadi in buuhu jallota waajin ebbifama
Ameen uuff namaa gooftaa dubbiin ati dubbattu hubannadhanidha❤❤
Dhugaa jette nama waqayyoo ebbifamii ayyuu
uuffeee kabaja naaf wayyaa yesuusi wajjini♥️♥️♥️ Paster tnks
Abarraa Guddataa
Dubbii Waaqayyoo Hubannaan dubbata!
Eebbifami
Iyyeesus koo akka si jala gadi hin bune ayyaani kee nu haa dhaabu! Ayyaana kee malee namni dhabachu hin danda'u! Maloo maloo yaa gooftaa ayyaana kee nuuf bayyisi!!!
ebbifamii dachaa ammayyuu ayyanii siif haa bayyatuu
Wooooow lakkii Gadi hin bu'uu Jallootana wajjiin .uuuuuuuuuuuuuuffffffffeeeeeeee
Hoo my god!!!!!! Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen haleluyya dhugaadha
Ashuu Amen Amen ebifamaa🙌🙌🙌🙌🙌🙌❤❤❤❤❤❤
Ebifamaa waqayoo Isiin haa ebisuu jiradhaa
Ebbifamii waqayyoo sihaa ebbisuu uuuuuuuuuuuufff eeyyeeni ulfina naaf wayyaa yesuusi wajjin
Uuuuuufffeeee ameeeen eebbifamaa dachaan galani waaqayyoof haata'u
Waaqayyoo saa eebbisu nama waaqayyoo
Ameeeeeeeenn 🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa 📘📗
Ameeeeeen ameeeen ameeeen ebifam ayyani dachaa isinf haa baayyatu
waaqayyo si haa eebbisu eergaa gaariidha!
Wawa eebbifamaa dacha dachaa Abe$ Hirmaattoonni karaa hundaanuu fanaa jirtaan Eebbifamaa
Farfannaa Abera Gudetatii hundaa isaa tuu keessaatuu gammaadaa
Abarraan Guddataa
Sagalee Waaqayyo
Hubannaan dubbata
......durumayyuu!
Dachaa dachaan eebbifami ammallee....
Baga nagaan dhufte abre waaqayyo siif haa baay'isu ayyana isaa baay'ee namatti tola ergaa guddadhas
Ameeeen Paster Abarraa gudataa ebifammii Obbolleessaa koo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Uffee waaqayyoo waqarra sii haa ebbissuu Annoo!!