ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Uuffaa endt endemewedachu yeabate lejochi tebareku demo sebseb belachu sitezemeru bexam nw mitamerut
Baayy'ee bareeddduuu ijoole Abbaa kooo ebbifamma
Uuuuufffe bariifi jirnyee kesan haa ebifamuu
Hundi keessan warra dhalachuu isaa himan baga isin godhe, baga dhalachuu isaan geessan. Faarannaa baay'ee namatti tolu qabattani waan dhuftaniif galatoomaa, isin haa eebbisu.
maatii naaf ta'i qomo
MAAL JAALALLI AKKASII!Kunnoo Nuu fayyiisuf dhalaateQulqulluun ilmii waaqayyoo Yeesuusii×2Yohaannis qulqulluun akkuma dubbateSagaleen waaqa irraa dhufee foon uffateeBiyya lafaa guutuu naanna’ee barsiiseeBartoota fo’atee wangeela bal’iseeJaamaa ija bane duudaa dhageessiisee Mana gaddaa dhaqee isaan jajjabeessee Abddii nama hundumaa amantiin haaressee Du’aa guyyaa afurii lubbuun jiraachisee Warra ittiin morman afaan qabachiiseArsaa cubbuu godhee ofii isaa of laatee Waraansa Keenya hundaa mataa isaatti fudhateeBadiisa nu oolchuuf Yesuus yoom boqotee?Biyya lafaa keesatti yoom aara galfatee? Asiif achi jooree biyaa lafaa keesaAka ilmmoo abaa hin qabnee akka dhala hiyyeessaaNutti haa dhaga’amu dadhabbii fi joormaan isaaWaan inni nuuf ta’e garaa namaa raasaTuffii fi ari’atamuun yoom isa daangesseeKaayyoo inni qabu irraa yoom booddee deebiiseIlma waaqummaa isaa of iraanfachiiseeNamoota buufachuuf kan gad of deebiseeGooftaan yoom wallaalee dhiphina akka baatuuReebaamuu fii dhitamuun akka isa eeggattuGaafa qabamuu isaa wangeela barsiiseeAka du’ee ka’u sagaleedhaan ibseGidiraa ooluudhaaf dammaqaa kadhadhaaWanqeela labsuudhaaf amantii qabaadhaaIlmi namaa hin deemaa gara mirga abbaa isaaAmanamoo ta’aa hoolota koo tiksaa Akkasittiin ibse dhiphinaa fi du’a isaaPheexiroosiif Yohaannis bartoota koo keessaaIsin lamaan dhaqaa faasiikaa qopheessaaIrra deddeebi’een isin hubachiisaaWaliiwajin nyaachuuf kanuumaa carraan isaaMana qulqullummaa isa kan amantiiJigsee nan ijaara guyyaa sadii’ittiJedhee isaaniif ibse warra bartootaattiGaaffii isaaniitti ta’e mormiitoota isaatti Guddaa hin aaranWarri Barsiisota fi warri maanguddootaaInni maal odeessaa iddoo ofii laata?Ani mootiidha jedhee aboo isaa himataHarka xuraa’aadhaan cubbamaa wajjin nyaataJedhanii aaranii hafuura bafataa Walga’ii ta’aani hin mari’ataniiKuni nu balleessuuf maal goonaa jedhanii?Dhuga-baatuu sobduu raga itti baasaniiMurtiitti dhiheessuudhaaf Yeesuusiin qabanii Mootonni lamaanuu wal harkaa fuudhaniiAfaan banatanii itti ga’isanii Beektonni macaafaa warri of tuultonniHiriira galanii gaaffii gafataniGaarii inni godhu hamaatti jali’isuSobdoota fidanii dhugaa irrati baasuInnis hin falmanne waa’ee dhugaa isaatiiRaawwatee darbuudhaaf karoora abbaa isaatii Mana qulqullummaa jigsee ijaaruudhaafii?Attamitti danda’a maalttu aboo kennaafi?Jedhee guddaa aare mootichi heroodisiKanaani itti fufee ajjeesisuudhaafii Balleessaa isaa hundaaf kunuu ga’aa mitiNuuf haa fannifamu hattoota gidduttiYommus nagaa argata biyyi lafaa cuftiJedhanii wawaatu mormitoonni marti, keessaa warri mootiiYaa jal’inaa!!Kuni balleesaadhaa du’atti nama geessaa nama jaallachuun isaa?Sagalee jireenyaa uumamatti labsuun isaaMaaf hikaa itti laatuu jechaaf dubbannaa isaa?Innoo dhuma hinqabuu nagaa fi araarri isaa Yihuudaan gurguree pheexiroos hin ganeDhiphina isaa keessatti nama tokko hin arganneDafqa du’aa dafqee utuu kufee ka’uuAbbaa kadhataafi warra isa ceepha’uuUtuu darbatanii utuu kabalaniiBaayyeen itti tufu kaaniis tuffataniiHattoota lamaaniin waliin qixxeesaniiYesuus ilmma waaqaa fannootti fannisaniiWaa’ee keenyaaf jedhee Yeesuus hin dhiphateDu’a nu hambisuuf jirma jiidhaa baateHundumatu waraane garaa itti jabaateeHelohee-helohee jedhee abbaa kadhateHoo’uu dhugi jedhanii hadhaa’aa itti laatuuAti ilma waaqaatii jedhanii tuffatuYesuus ilmi waaqaa naaf siif tuffatameHarka jal’ootaatiin fannotti rarraafameAbdiin haareffameUtuu aboo qabuu mirga abbaasaa dhiiseeWaa’ee koof waa’ee keef kan gad of deebiiseeKan kana irra caaluu jiraaree jaalalliiAni barbaadeen dhabe gochaa kanaan oliiKan akka Maaramfaa warrii jaallatanii Hamma iddoo awwaalchaatti isa barbaadaniiMaaloo nu gargaaraa dhagaa irraa nuuf kaasaaReeffa masiihi keenyaa mee nutti argisiisaaJedhanii kadhatu himimmaan lolaasaa Warrii nanna’anii eegan awwaalcha isaaJiraataa barbaadduu warra du’an keesa?Inni ka’ee deeme hin beeknu bakka isaaNus akkuma argine boollicha banaa isaaWaan dubbannu dhabnne dinqiidha waa’een isaa Jedhanii ibsaniif waa’ee jabina isaaBartoonnis gaddanii abdii kutataniiIsa isaan geggeessu masiihii ergaa dhabaniiAmma egaa hin deebina laga qurxummiittiiSichi maal eeggannaa kunoo isa dhumaatii Utuu isaan jedhanii waliin dubbataniiMaaramfaas dhaqanii bartootatti himaniiYesuus achii hinjiruu gamadaa jedhaniiOlii fi gadi fiigaanii gammachuu labsaniYesuus hin dhaabate surraan gidduu isaanii“Hinsodaatiinaa!” ani du’a mo’eeraa!Aboo waaqummaattin mirga abbaa ta”eeraa Jedhee jajjabesseeAbdii bartoota isaa deebiisee ncihaaresseeGatii cubbuu fi du’aa Yesuus fixe nurraaDu’aa ka’uu isaatiin abdiin hara’eeraaSi’ol duwwaatti hafe dukkanni lafa irraa Leechi Yihuudaa du’aa kaafameeraaGammdaa ililchaa!!Amaas debbii'e dhufaaWarraa isaa wajiin demaanifJirenyii bara baran ittiiFufaa Ebbiifamaa/// Aniis walaloo kana siin Afeere jira Hordofaata You Tube Asafa hundaa keessaaniif #Asee Ebbiifamii Bayy'ee waaqayyoo sii haa ebbiisu!!Bagaa Gessaan!!!🤱✔📝
Ameen Ameen ameen Ebifaamaa
Baga,geessan hundumtii keessan
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟𝐞𝐞𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐧𝐚𝐭𝐢 𝐭𝐨𝐥𝐞𝐞 𝐡𝐨𝐠𝐮𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐚𝐧𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐜𝐚𝐥𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐞𝐞𝐛𝐛𝐢𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐱𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐨💓💓🥰🥰
@@tigistgamee2691 Ameen Ebbiifamii
Eebbifami
Uuuuuuuuuufffeeeeeee aleluuyyyyaaaaaa moti jirenyaa Angafaa holaa hararaa furii ilman namaa bagaa nuf dhalatee
Ameen Ameen Ameen kirstoos nuuf dhalaterraa siichi dukkanni hin jiruu Abbaa atii baraa baraan ulfefamii,kajamii alfa omeega kan tatee atii mo,ii 🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍 my God bless u !!!!
AMeen kiris toosii nuu dhaalaateeraa Waaqaayyoo issin haa ebbissuu
Uuuuuuuuuuuuuuufffffffffffeeeeeeeeeeeee waqayyoo baraaf jirenyaa keessaan haa Ebbisuu ebbifamaa
Uuuuuuufffffeee Eebbifamaa baay,ee namati toltuu
Waqaayoo baraaf jirenyaa keessaan gutumaa baraa keessanii haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa dachaa diribii dhaan 💓💘💘💘💘💓💓🌼🌼🌲🌲🌷🌷💖💖🌺🌺🌺🌻🌻🌻
Aboo garyy turee, ejoo maloo, maaloo hareekaa kesenee aseefee achyy henyy wechaasenaa. Oromonee leefaa rouukutee wqaa oll qebaa. Geletomaa
Kotume mati walif tana sanyito
Uuuuuuffffff qabookoo bagumma hawwiikee sif guuutee hundii kesanuu galatoomaa
Maqaan isa baraa hanga barati haa eebbifamu! Isinis eebbifama waaqayyo gooftaan maccaa ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!
Waaqee koo sagaleen kee.akkas bareedayi .all of you nii bareeda
Ameeeeeeeeeeeen ebifamA dacha bayee umurii dhera isa jiradhaa darba demaa
Ameen ameen waaqayyo isin ha Eebbisu ijoolle abbaakoo,
Kirstos nuuf dhalateraa!!! Ebbifama hundii kessani
I can't understand the language but I loved this song and hear the song over and over. May God bless you abundantly.
It's a Christmas song.it says in the little village called BethelSavior is born, hear and let others hear the authority of son gives bright from him
Eebbifamaa baay`ee namatti tola faarfannaa addaati dhugaa
Amen Amen "hinfayyisa ni'oolcha daansaadha Maqaan Gooftaa Iyesus"...Eebbifamaa
Mati naf time sanyitoo
Kiristoos nuuf dhalateera fayyisaan biiyya lafaa. Eebbifamaa hundi keessanuu
Ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ebbiffama saba Waqaayoo
Ebifami eboo waqayyoo ayyaanasaa sif haa bayisuu
Wowww Amazing bor 🙏🏻❤️💘🥰ebbifamaa dachaa dhaloota kakuu diroo koo waaqayyoo Sif ebbisuu dachaa 👏🥰❤️
Wooow nuf dhalateera duha kenyaas hambiseeraa ebbifamaa ijollee waqayoo
Anyone in 2024😊
Nuf dhaltee kirstoos moti jirenyaa angafa nagaa Masiihii ilma waqaa 🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤
@@lalisejaleta5423 tolee atis naf ta'ii 😍
Uuuuffee waqayoo sinaa ebisu ebifamaa
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Nuuf dhalateera fayyisan biyya lafa
ammayyuu waaqayyo kana caalaa yaada keessan ilaalcha keessan waaqayyo tokko hagodhu. isin jaallannaa nuuf jiraadha nuuf labsa sagalee misiraachooo
Uuuuuufff kan iyesus ta.u caalaa maaltu nama boqochiisaa!
Woww 1ffaadha, ebbifamaa
‘In fayyisa ni oolchaa jireegna gonfachiisaa maqaan yesuus dansaadha dadhabaa boqochiisaa’Ammallee Eebbifamaa!
Akumanii itti sini jaladhuuuuuuuu Akumanii itti isinif ibisunii wolalee Ayanisaa Amayuu dachadhan isinirati yaa dhangalhuuu😘😘😘😘😘😘
God bless you! Ijollee Abbaakoo🙌🏻🙌🏻🙌🏻
Bayee nanatti tola
Moggoo koo Ebba nuf ebbifamii hundumtii keessan ebbaf ta'aa
Waaqayyo isin haa eebbisu
akkam namatti tola! barri keessan yaa eebbifamu
Nuuf dhalateera Yesus. Ebbifamaa maqaa yesusin
Ameen Ameen eleleleelelele ebbifamaa maqaa yesuusiin
Ameeeeen Waaqayyoon isini haa Ebissuu Ebifamaa
Uuuuuufffffeeee eeeeeeesssseeeeyyyyyiiiiiiii ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ebbifamaa dachaa dachaan waaqayyoo barakeessan ha'ebbisu ebbifamaa ❤❤❤❤⚘⚘⚘🙌🙌
*aaaaammmmeenn iyesus nufi dhalate jira uuuuufffeeee ebifam saba gofta 🛐🛐🎁🎁🎁♥️♥️🎈🎈🎇🎇🎇
Bareedduuwwanko Uuuuffee Nuuf jiraadha 😭💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Uuuuuffffeeee Ameeen Ameeen Ameeen hallelujah dachaan Eebbifamaa ijoolle kakuu
Goftan baraa jirenyaa kessaan dacha dacha isin yaa ebisuu ebifamaa
Uuuuuuffffffeeee ebbbbifama itti boqodheraa🙏💖💖💖💖💖💖
Ameeeen Ameeeen ebbifama waaqayyo isini haa ebbisuu ebbifama
Wwwww dachaa dachaa ebifamaa matii waqayoooo❤❤❤❤
Ammmeen iyesus nuuf dhallateera ebbiffama
Uuuuffffeee ebbifama ijollee Abba koo
Kunnoo nuuf fayyiisuf dhalaate Qulqulluu ilmii waqayyoo 🙏🙏🙏👏👏👏👏👏
AmeenAmeenElelelelelelelElelelelelelelNuf dhalatera fayyisan AmeenWaqayyo baraf jirenya kessani ha ebisuu ebifama😍🎤🎤🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeen ameeeen ebbifamaa dachaan ijoolee kakuu
Waaqayyoon isin haa eebbisu.
Ameeeeen Ameeeeeen Ameeen Eebbifamaa bara jireenya keessan Ameeeeeen
Ameen amen haleluyaa waqayyoo sina Eebbisuu dachaa
Baay'ee natti tole ... God bless you
Eebbifamaa eebbifamaa hundumtii kessaan bagaa geessaanii ❤❤
Ameeen ameeen gooftaan jireenya keessaan haa ebbisuu
WOWOW gooftaan isiin haa ebbifaama
Uuuuuuffeee maqaa iyyesuusiin eebbifamaa
AMEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEEN ebbifamaa dachaàaa
Wow wow ebifamii. Eboo💔💔💔👏👏
Ameeeeeen ameeeeen ebbifama ijollee abbakoo🎵🎶🎶🥁🎷🎧🙏🙏🙇♀️🙇♀️🙇♂️
bayyee bareeda jabaadha may God bless you
Uuuuuuuuuuuuf kiristos nuuuf dhalateraaaa fayaaaan ameeeeen ameeeeeen ebbbbbbbiiiiiiiffffaaaamaaaaaaaa Bbbbbayeeen siiiin jaladhaaaaaaa🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
አሜንንንን የሱስ ተወልዶ አድኖናል ክብር ለሱ ይሁን ተባረኩ
OMG! I can't stop watching this clip!! Much 💘 and respect 🙌 🙏 to all who took part in singing, directing, and organizing the video!!
namattii tolaam bro
Stay Blessed. Baayee namatti tola ebbifamaa
Ameeeen ameeeen ameeeen kristos nuf dhalateera faayisaan biyya lafaa uuuuuufffffff ulfaadhuu yesus koo eebbifama ijoollee kakuu 🎄🎄🎄🎄🎹🥁🪕🎤🎸🎶🎼🎺🎻👏👏👏👏👏👏👏👏
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebifamo matii abbaa koo
nuf dhaltera Masin Ilmi WaaqaAmeeeenwowww dach nu Eebbifama🙏🎶🎶🎸🎼🎼🎷🎷🎼🎼🎧☦🍇🎷🎷🙏🙏🙏
Wawwoo Ammmmmeeeen Ammmmmeeeen Halelu yaaaa
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Waqayyoo Hundumaa keessaan Haa Eebbisuu Eebbifamaa Maal Jalallii Akkasi ✝️🙏🙏🙏🙏
Amen ameen Amen ameen Amen ebifamaa dachaan Saba waqaayyoo
Wow waqayyoo isin ha Eebisuu
Ameen ameen ameen eebbifamaa goftaan sin haa ebbisuu eebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤👏👏👏👏👏👏👏
Uuuuuuuffffeeeeee ebifamaa ammeen 🙏🙏🎤🎤🎤
This is so amazing I love the community there and the song is amazing stay blessed y’all ❤️
Ameeeeniameeeniameern😍😍😍😍
Ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ebbifamaa maati waqayyoo hundii keessanu fayyisan nuf dhalateraa uuufff 🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓
Ameeeen Ameeeen ebbifaama ijoolle abbaakoo👏👏👏👏👏
Waaqayyo isin haa eebbisu🙏
Ammeen Ammeeen Ammmeeen Ebiffamii ebaa nama waqaa jabadhuu.
Waaaaaw Uuffeey Eebbifamootako Eebbifama guddaa 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
ijoollee Goftaa Eebbifamaa dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaa amen yesuus nuuf dhalateera!
Waqayoo waqara ISSINIF haaebissuuu
Waaqoon Otoo farfannaa biraas farfatee natti tola.
Wooooow Ebifama isin hundu
Ebbifama baayee namatti tola
Ebbo ebbifaamii bayyee ebbifamaa udii kessanuu😍😍😍
Hundumaa calaa hundii kessaa dhigaa kiristosiin fayyuu kessani tin gammadaa
Waaqayyoo sin haa Eebbisuu Eebbifama
Wowwwwwwww waaqayoo bara keessaan haa ebbisuu ebbifamaa
Ebiifaamaa❤❤❤ dhugaa baayee naamatii tolaa waaqa jabadhaa
Era, Eebboo! I saw you beyond my expectation. Jabaadhu. Hundi keessanuu akka bareeddan
Woooooow Eebbifami Baayyee namatti tola
Eebbifamaa!! namatti tola.
Uuffaa endt endemewedachu yeabate lejochi tebareku demo sebseb belachu sitezemeru bexam nw mitamerut
Baayy'ee bareeddduuu ijoole Abbaa kooo ebbifamma
Uuuuufffe bariifi jirnyee kesan haa ebifamuu
Hundi keessan warra dhalachuu isaa himan baga isin godhe, baga dhalachuu isaan geessan. Faarannaa baay'ee namatti tolu qabattani waan dhuftaniif galatoomaa, isin haa eebbisu.
maatii naaf ta'i qomo
MAAL JAALALLI AKKASII!
Kunnoo Nuu fayyiisuf dhalaate
Qulqulluun ilmii waaqayyoo
Yeesuusii×2
Yohaannis qulqulluun akkuma dubbate
Sagaleen waaqa irraa dhufee foon uffatee
Biyya lafaa guutuu naanna’ee barsiisee
Bartoota fo’atee wangeela bal’isee
Jaamaa ija bane duudaa dhageessiisee
Mana gaddaa dhaqee isaan jajjabeessee
Abddii nama hundumaa amantiin haaressee
Du’aa guyyaa afurii lubbuun jiraachisee
Warra ittiin morman afaan qabachiise
Arsaa cubbuu godhee ofii isaa of laatee
Waraansa Keenya hundaa mataa isaatti fudhatee
Badiisa nu oolchuuf Yesuus yoom boqotee?
Biyya lafaa keesatti yoom aara galfatee?
Asiif achi jooree biyaa lafaa keesa
Aka ilmmoo abaa hin qabnee akka dhala hiyyeessaa
Nutti haa dhaga’amu dadhabbii fi joormaan isaa
Waan inni nuuf ta’e garaa namaa raasa
Tuffii fi ari’atamuun yoom isa daangessee
Kaayyoo inni qabu irraa yoom booddee deebiise
Ilma waaqummaa isaa of iraanfachiisee
Namoota buufachuuf kan gad of deebisee
Gooftaan yoom wallaalee dhiphina akka baatuu
Reebaamuu fii dhitamuun akka isa eeggattu
Gaafa qabamuu isaa wangeela barsiisee
Aka du’ee ka’u sagaleedhaan ibse
Gidiraa ooluudhaaf dammaqaa kadhadhaa
Wanqeela labsuudhaaf amantii qabaadhaa
Ilmi namaa hin deemaa gara mirga abbaa isaa
Amanamoo ta’aa hoolota koo tiksaa
Akkasittiin ibse dhiphinaa fi du’a isaa
Pheexiroosiif Yohaannis bartoota koo keessaa
Isin lamaan dhaqaa faasiikaa qopheessaa
Irra deddeebi’een isin hubachiisaa
Waliiwajin nyaachuuf kanuumaa carraan isaa
Mana qulqullummaa isa kan amantii
Jigsee nan ijaara guyyaa sadii’itti
Jedhee isaaniif ibse warra bartootaatti
Gaaffii isaaniitti ta’e mormiitoota isaatti
Guddaa hin aaran
Warri Barsiisota fi warri maanguddootaa
Inni maal odeessaa iddoo ofii laata?
Ani mootiidha jedhee aboo isaa himata
Harka xuraa’aadhaan cubbamaa wajjin nyaata
Jedhanii aaranii hafuura bafataa
Walga’ii ta’aani hin mari’atanii
Kuni nu balleessuuf maal goonaa jedhanii?
Dhuga-baatuu sobduu raga itti baasanii
Murtiitti dhiheessuudhaaf Yeesuusiin qabanii
Mootonni lamaanuu wal harkaa fuudhanii
Afaan banatanii itti ga’isanii
Beektonni macaafaa warri of tuultonni
Hiriira galanii gaaffii gafatani
Gaarii inni godhu hamaatti jali’isu
Sobdoota fidanii dhugaa irrati baasu
Innis hin falmanne waa’ee dhugaa isaatii
Raawwatee darbuudhaaf karoora abbaa isaatii
Mana qulqullummaa jigsee ijaaruudhaafii?
Attamitti danda’a maalttu aboo kennaafi?
Jedhee guddaa aare mootichi heroodisi
Kanaani itti fufee ajjeesisuudhaafii
Balleessaa isaa hundaaf kunuu ga’aa miti
Nuuf haa fannifamu hattoota giddutti
Yommus nagaa argata biyyi lafaa cufti
Jedhanii wawaatu mormitoonni marti, keessaa warri mootii
Yaa jal’inaa!!
Kuni balleesaadhaa du’atti nama geessaa
nama jaallachuun isaa?
Sagalee jireenyaa uumamatti labsuun isaa
Maaf hikaa itti laatuu jechaaf dubbannaa isaa?
Innoo dhuma hinqabuu nagaa fi araarri isaa
Yihuudaan gurguree pheexiroos hin gane
Dhiphina isaa keessatti nama tokko hin arganne
Dafqa du’aa dafqee utuu kufee ka’uu
Abbaa kadhataafi warra isa ceepha’uu
Utuu darbatanii utuu kabalanii
Baayyeen itti tufu kaaniis tuffatanii
Hattoota lamaaniin waliin qixxeesanii
Yesuus ilmma waaqaa fannootti fannisanii
Waa’ee keenyaaf jedhee Yeesuus hin dhiphate
Du’a nu hambisuuf jirma jiidhaa baate
Hundumatu waraane garaa itti jabaatee
Helohee-helohee jedhee abbaa kadhate
Hoo’uu dhugi jedhanii hadhaa’aa itti laatuu
Ati ilma waaqaatii jedhanii tuffatu
Yesuus ilmi waaqaa naaf siif tuffatame
Harka jal’ootaatiin fannotti rarraafame
Abdiin haareffame
Utuu aboo qabuu mirga abbaasaa dhiisee
Waa’ee koof waa’ee keef kan gad of deebiisee
Kan kana irra caaluu jiraaree jaalallii
Ani barbaadeen dhabe gochaa kanaan olii
Kan akka Maaramfaa warrii jaallatanii
Hamma iddoo awwaalchaatti isa barbaadanii
Maaloo nu gargaaraa dhagaa irraa nuuf kaasaa
Reeffa masiihi keenyaa mee nutti argisiisaa
Jedhanii kadhatu himimmaan lolaasaa
Warrii nanna’anii eegan awwaalcha isaa
Jiraataa barbaadduu warra du’an keesa?
Inni ka’ee deeme hin beeknu bakka isaa
Nus akkuma argine boollicha banaa isaa
Waan dubbannu dhabnne dinqiidha waa’een isaa
Jedhanii ibsaniif waa’ee jabina isaa
Bartoonnis gaddanii abdii kutatanii
Isa isaan geggeessu masiihii ergaa dhabanii
Amma egaa hin deebina laga qurxummiittii
Sichi maal eeggannaa kunoo isa dhumaatii
Utuu isaan jedhanii waliin dubbatanii
Maaramfaas dhaqanii bartootatti himanii
Yesuus achii hinjiruu gamadaa jedhanii
Olii fi gadi fiigaanii gammachuu labsani
Yesuus hin dhaabate surraan gidduu isaanii
“Hinsodaatiinaa!” ani du’a mo’eeraa!
Aboo waaqummaattin mirga abbaa ta”eeraa
Jedhee jajjabessee
Abdii bartoota isaa deebiisee ncihaaressee
Gatii cubbuu fi du’aa Yesuus fixe nurraa
Du’aa ka’uu isaatiin abdiin hara’eeraa
Si’ol duwwaatti hafe dukkanni lafa irraa
Leechi Yihuudaa du’aa kaafameeraa
Gammdaa ililchaa!!
Amaas debbii'e dhufaa
Warraa isaa wajiin demaanif
Jirenyii bara baran ittii
Fufaa Ebbiifamaa
/// Aniis walaloo kana siin Afeere jira Hordofaata You Tube Asafa hundaa keessaaniif
#Asee Ebbiifamii Bayy'ee waaqayyoo sii haa ebbiisu!!
Bagaa Gessaan!!!🤱✔📝
Ameen Ameen ameen Ebifaamaa
Baga,geessan hundumtii keessan
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟𝐞𝐞𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐧𝐚𝐭𝐢 𝐭𝐨𝐥𝐞𝐞 𝐡𝐨𝐠𝐮𝐦𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐚𝐧𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐜𝐚𝐥𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐞𝐞𝐛𝐛𝐢𝐢𝐟𝐟𝐚𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐱𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐨💓💓🥰🥰
@@tigistgamee2691 Ameen Ebbiifamii
Eebbifami
Uuuuuuuuuufffeeeeeee aleluuyyyyaaaaaa moti jirenyaa Angafaa holaa hararaa furii ilman namaa bagaa nuf dhalatee
Ameen Ameen Ameen kirstoos nuuf dhalaterraa siichi dukkanni hin jiruu Abbaa atii baraa baraan ulfefamii,kajamii alfa omeega kan tatee atii mo,ii 🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍 my God bless u !!!!
AMeen kiris toosii nuu dhaalaateeraa Waaqaayyoo issin haa ebbissuu
Uuuuuuuuuuuuuuufffffffffffeeeeeeeeeeeee waqayyoo baraaf jirenyaa keessaan haa Ebbisuu ebbifamaa
Uuuuuuufffffeee Eebbifamaa baay,ee namati toltuu
Waqaayoo baraaf jirenyaa keessaan gutumaa baraa keessanii haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa dachaa diribii dhaan 💓💘💘💘💘💓💓🌼🌼🌲🌲🌷🌷💖💖🌺🌺🌺🌻🌻🌻
Aboo garyy turee, ejoo maloo, maaloo hareekaa kesenee aseefee achyy henyy wechaasenaa. Oromonee leefaa rouukutee wqaa oll qebaa. Geletomaa
Kotume mati walif tana sanyito
Uuuuuuffffff qabookoo bagumma hawwiikee sif guuutee hundii kesanuu galatoomaa
Maqaan isa baraa hanga barati haa eebbifamu! Isinis eebbifama waaqayyo gooftaan maccaa ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!
Kotume mati walif tana sanyito
Waaqee koo sagaleen kee.akkas bareedayi .all of you nii bareeda
Ameeeeeeeeeeeen ebifamA dacha bayee umurii dhera isa jiradhaa darba demaa
Ameen ameen waaqayyo isin ha Eebbisu ijoolle abbaakoo,
Kirstos nuuf dhalateraa!!! Ebbifama hundii kessani
I can't understand the language but I loved this song and hear the song over and over. May God bless you abundantly.
It's a Christmas song.
it says in the little village called Bethel
Savior is born, hear and let others hear
the authority of son gives bright from him
Kotume mati walif tana sanyito
Eebbifamaa baay`ee namatti tola faarfannaa addaati dhugaa
Amen Amen "hinfayyisa ni'oolcha daansaadha Maqaan Gooftaa Iyesus"...Eebbifamaa
Mati naf time sanyitoo
Kiristoos nuuf dhalateera fayyisaan biiyya lafaa.
Eebbifamaa hundi keessanuu
Ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ebbiffama saba Waqaayoo
Ebifami eboo waqayyoo ayyaanasaa sif haa bayisuu
Wowww Amazing bor 🙏🏻❤️💘🥰ebbifamaa dachaa dhaloota kakuu diroo koo waaqayyoo Sif ebbisuu dachaa 👏🥰❤️
Wooow nuf dhalateera duha kenyaas hambiseeraa ebbifamaa ijollee waqayoo
Anyone in 2024😊
Nuf dhaltee kirstoos moti jirenyaa angafa nagaa Masiihii ilma waqaa 🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤
Mati naf time sanyitoo
@@lalisejaleta5423 tolee atis naf ta'ii 😍
Uuuuffee waqayoo sinaa ebisu ebifamaa
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Nuuf dhalateera fayyisan biyya lafa
ammayyuu waaqayyo kana caalaa yaada keessan ilaalcha keessan waaqayyo tokko hagodhu. isin jaallannaa nuuf jiraadha nuuf labsa sagalee misiraachooo
Kotume mati walif tana sanyito
Uuuuuufff kan iyesus ta.u caalaa maaltu nama boqochiisaa!
Woww 1ffaadha, ebbifamaa
‘In fayyisa ni oolchaa jireegna gonfachiisaa maqaan yesuus dansaadha dadhabaa boqochiisaa’
Ammallee Eebbifamaa!
Akumanii itti sini jaladhuuuuuuuu Akumanii itti isinif ibisunii wolalee Ayanisaa Amayuu dachadhan isinirati yaa dhangalhuuu😘😘😘😘😘😘
God bless you! Ijollee Abbaakoo🙌🏻🙌🏻🙌🏻
Bayee nanatti tola
Kotume mati walif tana sanyito
Moggoo koo Ebba nuf ebbifamii hundumtii keessan ebbaf ta'aa
Waaqayyo isin haa eebbisu
akkam namatti tola! barri keessan yaa eebbifamu
Kotume mati walif tana sanyito
Nuuf dhalateera Yesus. Ebbifamaa maqaa yesusin
Ameen Ameen eleleleelelele ebbifamaa maqaa yesuusiin
Ameeeeen Waaqayyoon isini haa Ebissuu Ebifamaa
Uuuuuufffffeeee eeeeeeesssseeeeyyyyyiiiiiiii ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen ebbifamaa dachaa dachaan waaqayyoo barakeessan ha'ebbisu ebbifamaa ❤❤❤❤⚘⚘⚘🙌🙌
Kotume mati walif tana sanyito
*aaaaammmmeenn iyesus nufi dhalate jira uuuuufffeeee ebifam saba gofta 🛐🛐🎁🎁🎁♥️♥️🎈🎈🎇🎇🎇
Bareedduuwwanko Uuuuffee Nuuf jiraadha 😭💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Uuuuuffffeeee Ameeen Ameeen Ameeen hallelujah dachaan Eebbifamaa ijoolle kakuu
Goftan baraa jirenyaa kessaan dacha dacha isin yaa ebisuu ebifamaa
Uuuuuuffffffeeee ebbbbifama itti boqodheraa🙏💖💖💖💖💖💖
Ameeeen Ameeeen ebbifama waaqayyo isini haa ebbisuu ebbifama
Wwwww dachaa dachaa ebifamaa matii waqayoooo❤❤❤❤
Ammmeen iyesus nuuf dhallateera ebbiffama
Uuuuffffeee ebbifama ijollee Abba koo
Kunnoo nuuf fayyiisuf dhalaate Qulqulluu ilmii waqayyoo 🙏🙏🙏👏👏👏👏👏
Ameen
Ameen
Elelelelelelel
Elelelelelelel
Nuf dhalatera fayyisan Ameen
Waqayyo baraf jirenya kessani ha ebisuu ebifama😍🎤🎤🙏🙏🙏🙏🙏
Ameeeen ameeeen ebbifamaa dachaan ijoolee kakuu
Waaqayyoon isin haa eebbisu.
Ameeeeen Ameeeeeen Ameeen Eebbifamaa bara jireenya keessan Ameeeeeen
Ameen amen haleluyaa waqayyoo sina Eebbisuu dachaa
Baay'ee natti tole ... God bless you
Mati naf time sanyitoo
Eebbifamaa eebbifamaa hundumtii kessaan bagaa geessaanii ❤❤
Ameeen ameeen gooftaan jireenya keessaan haa ebbisuu
WOWOW gooftaan isiin haa ebbifaama
Mati naf time sanyitoo
Uuuuuuffeee maqaa iyyesuusiin eebbifamaa
AMEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEEN ebbifamaa dachaàaa
Wow wow ebifamii. Eboo💔💔💔👏👏
Ameeeeeen ameeeeen ebbifama ijollee abbakoo🎵🎶🎶🥁🎷🎧🙏🙏🙇♀️🙇♀️🙇♂️
Mati naf time sanyitoo
bayyee bareeda jabaadha may God bless you
Uuuuuuuuuuuuf kiristos nuuuf dhalateraaaa fayaaaan ameeeeen ameeeeeen ebbbbbbbiiiiiiiffffaaaamaaaaaaaa
Bbbbbayeeen siiiin jaladhaaaaaaa🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
አሜንንንን የሱስ ተወልዶ አድኖናል ክብር ለሱ ይሁን ተባረኩ
Kotume mati walif tana sanyito
OMG! I can't stop watching this clip!! Much 💘 and respect 🙌 🙏 to all who took part in singing, directing, and organizing the video!!
Kotume mati walif tana sanyito
namattii tolaam bro
Stay Blessed. Baayee namatti tola ebbifamaa
Ameeeen ameeeen ameeeen kristos nuf dhalateera faayisaan biyya lafaa uuuuuufffffff ulfaadhuu yesus koo eebbifama ijoollee kakuu 🎄🎄🎄🎄🎹🥁🪕🎤🎸🎶🎼🎺🎻👏👏👏👏👏👏👏👏
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebifamo matii abbaa koo
nuf dhaltera Masin Ilmi Waaqa
Ameeeen
wowww dach nu Eebbifama🙏🎶🎶🎸🎼🎼🎷🎷🎼🎼🎧☦🍇🎷🎷🙏🙏🙏