Soreti ko muca kana jalala dhugaa sifi qaba kabaja sifi qaba jabefadhuu nama jalatanira nama nama jaltu argachuu cala dhugaa waqa malifi yo jetee kan ati jalatu si jalatu tana bodasi rakodha bultima kesayu oso sete namin si jalane si jalatu kasi jalatu mo yomiyu siti jijiramu kun dhamasa koti sore ko abi jabefadhuu❤❤❤❤❤❤
Jalala akan tukuma dhagaye arges in beku nama dhuguma akana nama jalatu abi male in jiru aduniya kana ira bayee isinif gamade dhuga jabadha iti fufaa sabontota oromo yomiyu ❤isin jaladha ijii hamtun isin in argin
Oromoo koo jabeessa hadaraa wanti kun baay'ee nu fayyada warra kaan irra 100% ni caalta dhugaa dubbachuuf Abi goon Kun baay'ee nama jaalalaati❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
youtube.com/@abigo12.?si=HajmujeAut-D6mZJ account koo 2ffaa subscribe tolcha
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
💕💕💕💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wowo 🎉🎉🎉🎉
Mee warii aka koti ijoole tana jalaatani like iti muda oromo koo ❤❤❤❤❤❤
anilee waliti isan jaladhera😢
Namani akka koo soree fi abi jalatuu jiraa❤❤❤❤❤❤❤
✋✋✋
Dhugaa bayyee sin jaladhaa❤❤❤❤
Yes jiraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤
Naa jaaladhe anis❤❤❤
Warii Abrshif Rutaa jalaa figduu irraa heduun ijollee kenyaa kottaa asii isaan jabesaa❤
Dhugaa ketii 👍👍👍👍
Orommoon ormaa jqjabesu malee wal gudisu esati bekti
Dhuga❤❤❤
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐭𝐢 𝐈𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐦 𝐖𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐚𝐧𝐮 𝐢𝐣𝐨𝐥𝐞𝐞𝐧𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐠𝐝𝐢𝐢
Toko Ana dhugaa Ama jaraa kana jalaan figa baqaa
Sooree & Abi jabaadha namti toltu walif isini Jaaladheras ❤🎉 dhugaa 🥰
Dhugaa, waanumaa dhugaa ta,ee tokko hin jiruu 100% fakkeessitan, haasa,aa keessan keessatti naaf gaalee.
garuu immoo dhimmichii dhimmaa nama biraaf hojjettan malee dhimmi isin lamaan giddu hoomtu hin jiruu.
kanaa jechuun koo isin jibbuu osoo hin soree fi abigo baaaaaaayyyen isi jaaladhaa anis akkaa abigoo kanattii miidhamee durbeen akka soree na miitee hin jirtii sanifaan madaa na xuqtanii ❤❤❤❤❤😂😂😂
Wowwwww annaa duraa lalee namni abifi soree akka koo jalatanii lakki❤❤❤🎉🎉
Wallaahi mucaan kuni nama gaariidha jabeefadhu
Foon-hadha ko ta'ee refuu 👌🥰🥰🥰♥️💘💘 garmamuu tolaa 💪💪 waliif siin haa dhisuu🙏🥰🥰🥰
dhugaa rabii bayeee namatiii toluu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Soreenii kunii baayee dubaartii cimaatuudha dhugaa waqaayoo maaliif jenaanii jechotaa isheenii jetuu kanaa namaa fayaaduu baayeetuu jiraa jabaadha dhugaa❤💚❤
Anatu dura ilaale like natti roobsa abi fi sore waliif isin hadhiisu Oduu namaaf bakka hin laatina wallahi waliin jabaadhu soore ❤❤❤❤❤ solan sif hin ta'u guyyuma guyyaatti shamara qayyaraa oola soo jireenya itti fufi
Eyyeen solaan Ashqabacii akkasii hin fedhuu, ok maalif yoo jette soorettiin namaa kabajaa namaaf hin qabnee dhiiraa akka dubartiitti arbsiitudhaa,ishee dhiisuuf mirgaa qabaa,isaa durbaa qayyaraa Oolaa jettuufimo, live irraa galaani yoo waliin taphataan hundumaa fuudhumo gaffi?
Uuu abigo dhugaa gaafa dhukkusatte imimmaan nahudhe😢
@@EliasHabtamu dhugumaa dhukkubsatee seete? Isaan you tube guddiffachuuf akkas ta'uu
@@saciathopia7125ashiqabacii silaan kessaa atii ishii tokko maa si gubee akkasi 😅😅
Soree gaarii gottee dhugaa .Abii gon baayy'ee si jallataa atisi jabbessii qabii ❤❤❤❤❤❤
Oromoo jalala hin bekuu jedhaa umani nuti waraa afaan amarifa jalaa olaa jiraa bagaa dhuftaan hojii fataa nu godhuu hojedhaa akka hayim fi bukee abireshi fi rutaa oromoo achii asii debisaa❤❤❤❤❤❤oromoo ko jajabesaa oromoo yuu jajabesaa jiraa🎉🎉🎉
dhugaadha kotaa ashi oro koo❤💪
Baye sii jaalata mucaan🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Yes 💯💯💯 dhugaa kee jetee Dhugumaa oromoon jalalaa hin bekkuu jennee Ammaraa jalaa figaa olaa oromoo kenyaa jabadhaa kannaa bodaa Jalalaa bekkuu qabnaa
@@Susiyeeiluu eee wallah dhugaa jette
Dhuga ketii
Dhugaaa bagaa waalitti waqayyooo siin deebisee jabadhaaaa ijollen kenyaamoo jajabessaa amara jaala figuu dhissaaa ijollee kenyaa jajabessaa oromoo kooo addara waali haa jaajabesinuuu please I love you oromo koo💕💕💕💕💕💕
Wayyii mudiii keessan naf ta'e osoo waliin hojjeenne yaddaa bayyeen qaba❤❤❤❤❤❤
Bagaa tokkoo siin godhee ijooleee tenyaa. Abboo
Warren gammadan like godhaa
Yaa oboleti tiyaa soree mucaa kanaa jaladhuu bultii walini ijaradhuu woollaahi billahi heduu siif tayaa onne ququlluni sihi jalatee ❤ tarii atii bifaa fi qalinaa isaa kana tufatuu malaa yeroo amma kanaa kani namani tufatuu bultii tayaa gaadii qabaa namaa ol qabaa rabbii sani siif haa godhuu kanatuu sihi hortaa barduu to itti herumii woollaahi billahi ani namaa baredaa filatuu turee gaaruu kani malkii qabuu fayidaa hin qabuu waani heduu iraa hubadhee akka bultii na tanee bekee iraa dhabadhee oboleti tiyaa soree zabanaa kanaa kani nutii jalanu calaa fokataa nu jibinu nufi tayaa waani sihi jedhefii qabaa mucaa kanaa jaladhuu bultii walini ijaradhuu zanaa fataa godhii inu ammadabalaa Abii and soree❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Wooow🥰🥰🥰
Dhugaadha
Sa🥰🥰🥰👍👍👍👍wolahi dhugaa dha
Dhugaa bifti jiru hin tatuu❤❤
Anni jalqaba hardhaa warrii isaan jalaatan mee like naaf taasisaa
lubbuu ❤❤❤❤
❤️❤️❤️❤️🎉
Jabadha dhuga waqa baayeeeen isin jalaadha sore ko abi ko💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘💋💋💋💋💋💋💋💋😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘🙏💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Jaabaadhuu haabibtii jalaalii bara kana jalalii dhugaa hin argamuu jabefadhuu jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤jaabesii
Jabadha ujolleen Oromo huundii kana amaraa jeela fiiguu dhiisa Oromoo jaajabeesa❤❤❤❤❤❤❤❤
Gaafa isaan gaarii hojataan ni jajabeesina yoo isaan waan bada hojatan xal goona 😂
Dhuga keedha lubbu walii haa jabeesinu oro ko❤
Dhugaa bayee bareduu waajin sin haa bulchuu sin jalana🎉❤❤
Jabaadha dhugaa bayyee Namatii tola Orokoo ijoolee kana gudisaa 🎉🎉🎉❤
Namni yoom iyyuu kufaatii namaa eega isin garuu hin dhagefatinaa jabaadhaa
Wwwwwwww ❤❤❤❤❤❤
Bayyee bayyee isaa namaatii toltaan wan ta'eef jabadhaa
Wow dhugaa soore nama akkanatti jaalalaa siif qabu argachuu keetif gam....🥰🥰
Heddu nat toltan dhugaa🥰🥰🥰
Waaliiraa baareedduu dhugaa waaqayyoo tokko issin haa godhuu ❤❤❤❤❤
Matii naaf ta'i
Kan warraa sodatuu gotanii godha kansan❤❤❤❤❤🎉🎉
Dhugaa bayyee bayyee namaati toltuu dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dubiin dhumtee soree koo🎉🎉🎉🎉congratulations jabadhuu
Dhugaa hin baredduu yoo dhugaa wal jalatanii❤❤❤❤
Gobezikoo. Kenaa. Beqaa. Kebaribademuu❤❤❤❤❤❤💞💞💞🥰🥰🥰
Anii bayyee isiinii jaaladhaa❤❤❤❤❤ 💚💚💚 Nuuf jiraadhaa
Sorree muccaa kanaa dhistee rabbiin sii dhissuu tokko issiin haa godhuu qalii koo
Dhugaa isin jaldheraa anni❤❤
Wawuu ijolee oromoo jabadhaa ❤❤oromonii hamiimi akkaa dadetii midaa akkaa qabanii akkaa nuf akkaa mulistani abdiin sinii egenaa bayee natii tolee ijolee oromoo matinuu biraa dhabatanii akaa jabesitanii abdii qabanii❤❤❤jajabesaa ❤❤❤❤
Soree Garuu bodee Gurbaa kanati jijjiramta taanan dhugaa Rabii oromumaa waalin hin imanuu addara kee waaquma kee Sodadhu waan barbadeyu yoo namni siin jedhee ati hin dhaga,in addara kee yaa Warqii too atis boruu kee Sodadhu gurban kanati nii jijjiramta taanan dhugaa nii midhama Soree koo Bayyee sii Jaalata bayyee sii Kabajja maal bektaa yoo jetee gaffa innii gaad jedhee Obbolesaa keetif tumamu Akka Da,ima xiqooti maalif sababa si jaalatufi Rabin ijja amtu issinira haa qabu 💘🥰😍😘🥰😍😘😘😘
❤❤❤❤
🥰🥰🥰🥰🥰
@@RomanToube 🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤👍👍😍
Dhugaa dubbachufii anii ijollee oromoo akka warra kanatii TH-cam hin jiruu jabbadha namatii toltanii walii jajabisuu barbachisa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow walif jene❤
Abshir ijoollee Keenyaa jabaadha sin bira jirra
Jechaa nama tufaadha daarba guudachu yoo baarbadani huunda danda'a obsa godha jecha namaf hin dhiphatina❤❤❤❤❤❤😮
Anasi naa jajabesaa oroo koo sinan jaladhaa ❤❤❤❤❤
Eshi
Ijolee oromoo jajabbe sila sini inafaa male nama jabesu hin betani 😊😊😅😅
❤❤❤❤
Wow baay'ee barredadhaa jabadha
Tole bareeda garuu afaan oromoo qofa dubbachuu yaalaa adaraa yoo isiniif danda'ame😊❤
Soore mucaa kana jabeffadhu soolan kabaja sif hin qabu dhugaa kuni yaada kiyya❤❤
Hin sobiin atii mo
Baga naga dhufutee ❤❤❤❤❤❤❤❤Maatii naafi ta'aa oro koo❤❤❤❤❤❤
Wow nuuf jiradha waliira barreduu
Wow 😲😊 baga Jaalatee dhugaa guban suno of akabada solan 🥵🤓 A & S 😊❤❤❤
Ishoo bg gooftaan isiin gargaree bayyee isiin jallaadha❤❤
Bayee siini jaldhaa ❤❤❤❤sinii lachuu bayee namatuu toltuu ❤❤❤
Jabadhaa ijolee kanaa haa jabesinuu wal haa jabesinuu umataa qashxii jabadhaa bayee isiin jalanaa nutis❤❤❤
Wowo soreekoo jabadhuu waqayon isin gargantuan milk aadhaa dhugaa bayeen gamadee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wowww Anatu yaada kana siif kaase miiltto jaallala waan yaada koo fudhatef gaallttomi soree koo ❤❤❤❤❤❤😢
Wwwww dasaa jeetuu 🥰🥰 waalifii jiradhaa umurii dheraa 🥰🥰
Wowo Baye,ee namati tolitani jabadha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Mucani kunii namaa barii tokko waliiy isin haa dhisui❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabidukoo. Amalee. Eraa. Faganee. Soreekoo. Eraa. Fagatinii. Mucicii. Namaa. Garidhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Matii nafii taa umataa qalii ko ❤❤
Amaa dhumaati walii taa bayee walii raa bareddu❤❤❤😂😂😂😂😂
Akkas kuno ❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰👍👍🙏
❤❤❤❤❤❤woww baaye bareeddu ijoolle oromoo keenya nuuf jabaadha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Nufi jiradhaaa qaqaliwan koo ijii dinaa isin hin argin
Dhugaa waan sirrii hojjechaa jirtu taanaan baayyeen jaalladha garuu pirank taanaan in dabbara😢
Jabadhaa waqayyoo walif isin haa dhisuu bayyee isin jaladhaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉😊
soree intaala bekktuu❤❤❤ oromoo bagumaa solani duriyee sani dhiftee❤❤❤
Jabadh oro🥰🥰
Abboo Rabbii waliif siin haa qaduu humurii waliin dheradhaa waggaa kumaa nuuf jiradhaa maattii jalallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa jalalalallalaadhuu muucaa kuunii jalalallalalaa dhugaa siifi qaaba diisini❤❤❤❤
Nageenni fi araarri isini haa baayyatu ❤maatii naa tahaa eebbifama❤
Soreti ko muca kana jalala dhugaa sifi qaba kabaja sifi qaba jabefadhuu nama jalatanira nama nama jaltu argachuu cala dhugaa waqa malifi yo jetee kan ati jalatu si jalatu tana bodasi rakodha bultima kesayu oso sete namin si jalane si jalatu kasi jalatu mo yomiyu siti jijiramu kun dhamasa koti sore ko abi jabefadhuu❤❤❤❤❤❤
Wow 🥰🥰🥰🥰
Wowowowow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffff
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffff
Nuf jabbadhaa oromoo koo ♥️♥️♥️ kan waalii ta'a jiraadha
Ufata kana sirefadhu oromo fakadhu dhifama walin kana jechun gorsa male jequmsamiti jilbbaa kee alla base❤❤❤❤
Ufaata jalatatii silaa isaa jalallii qabenyaan mitii
Baga xalata keessani fudurati rabbin tokko issin godhee bayyee namati tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kani achira hafee sher naafi dhodhaf maalo ijjolen orommo
Jalala akan tukuma dhagaye arges in beku nama dhuguma akana nama jalatu abi male in jiru aduniya kana ira bayee isinif gamade dhuga jabadha iti fufaa sabontota oromo yomiyu ❤isin jaladha ijii hamtun isin in argin
Bagaa itti cabsitan foon hadhooo ❤❤❤❤🎉🎉🎉
jabadhaa waqayyoon jalalaa dhumaa hin qabnee sinfii haa keenuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Oboletiikoo dhirii ama jalalaa dhugaa dagatee jiraa Qashtii mucaa jalala bekuu kana qabadhuu qalikoi❤❤❤❤❤
Wly dhugaa jalalaa naa qabsistanii 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
Ijoollee kana jajjabeessa ❤osoo warra amariffa Sana ta,ee jala kaattu ,waliif keenyan wal yaa jaabeeffannu oromo koo ❤
Wwow sore to bareduu to qali to itti fufii wlh Baye wolira bareduu jabadha ❤❤❤❤
Kkkkkkkkkk nama dhibdu wayi jaalala baraa jabaadha hundaafuu
Oromoo koo jabeessa hadaraa wanti kun baay'ee nu fayyada warra kaan irra 100% ni caalta dhugaa dubbachuuf Abi goon Kun baay'ee nama jaalalaati❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Bayyee sin jalannaa jabadhaa ormoo koo ❤❤❤❤❤love ❤️ ❤❤
Abi bayyee nama yadatii dhugaa jalalladhuu wanii jirenyee kee namaa sifii tahee❤❤❤❤
❤❤❤❤ bayyeen isinin jalaadhaam baay'ee namaatti toltuu jireenyi itti fufaa jabadhaa 2nd abrish and ruta soree jabaadhu
Wowow waqayyoo saa Ebbisuu waltii isin haa jallatuu❤❤❤❤
wow dhugaa bayyee waali biraa bareeduu jabbaa dha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Uf daş nama jetu Waaqayyo 11111111isin hagodhuu!!❤❤❤❤
Umurii dheraa walifii jiradhaa❤❤❤❤
Baayyee dassii namaa jetuuu qalii wan koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa waqaayyoo bagaa gooftaani isini ebbisee Horaa bulaa ❤❤❤❤ abii fi soree koo
Bagaa tokko tatanii waqayyoo amalee tokko sin Yaa godhuu calatii cimaa jalala keesanis cimisaa jabbadhaa ijolee Abba gadaa❤❤❤❤❤❤❤
wowwwwww waqayyoo dhumaa keessani yaa barechuu akkami Dasii nama jetuu maloo❤❤❤❤❤❤❤❤🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶
Wowww baayee tokko wariraa bareduu dhugaa waqaa mucaa kan jabefadhuu soreti abig 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Dhugaa yaada isin amma hojjechuu jalqabdan kana kalaqeen ture.waanumaafuu jabaadhaa
Bayee bareduu nuuf jiradhaa gudiinaa kesaan baarbanaa❤❤❤❤❤❤❤
Mucaan Sani bagaa dhifti😊soreekoo
WOW anii heeddu isin jaalladha warri akka koo jaalatan like itti roobsaa
Dhugaa ijoolen keenyaa jajabeefamuu qabuu
Jabadhaa iji hammatuun siin hin argiin waliif ta'aa bayyee waal irraa bareeduu ❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰