ขนาดวิดีโอ: 1280 X 720853 X 480640 X 360
แสดงแผงควบคุมโปรแกรมเล่น
เล่นอัตโนมัติ
เล่นใหม่
Ani jimma garuu imimmaan qabachuun dadhabe gocha kana yeroo argu ❤❤❤ abdu ko galatoomi dursitee nuuf himte ati ❤❤
Anii jechalle in qabuu garuu ijollee harsii kana dhorkaa maaloo gorfadhaa😢😢
Osoo waani Oromoo dhiqaatani jiraatee dhiqadhee deemaa walhi bilah ofii jibee Kenyumatu Kenya nyataa essan nuuf dabartti Auzubilahi minaa sheyxaanil Oromoo 😢😢😢😢Mee warri oromummaa keessa jibittan tatee miidiyaa irratti demaa jiruu layikii tuqaa
Dhugumaa ketiii walh 😢😢😢
Ani Oromoodha. Gootas Namoota safuu eeggatanis Nan beeka, kan jibbe haa jibbu malee Doofaaf jedhee Oromummaan Koo hin jibbu. Barichumatu Bara gadhee Fi gaariin namaa itti calalamuudhha. Bara gootaa fi lugni adda bahuudha.
@@seetookeenyaan dhugaa ketti mee Yoo ilmaa Oromoo kuttan 2Akkan wali godhani malitu sitti dhagahamaa diinii ilmaan Oromoo tti karaa banani Oromoo Oromoo irratti garaa jabatee alagani akkamitti siif lafaa 😭😭😭☝️
😊oromoo Abarsa Haadha Abba qabna sila ? Mee soqaa ?
Ijjolle sudiiti hidhamteef warri booya turttan argadha sirrtti !!Arabini hidhu niballesite ree ?Dhaloota Akkami akka taane ilaala !!Maqaa Maali beeki qarshii male
Dhugaa jetee ani amaraa waan badaa dalaguu hin agarre hagaa atii hawwuu takka wol jajabeesaan❤❤❤❤❤❤
wallaahi yoo nu dhaqqabe malee haalli deemaa jiru dallansuu rabbii nutti jarjarsaa jira😢وَلَا تَحْسَبَنَّ اللَّهَ غَافِلًا عَمَّا يَعْمَلُ الظَّالِمُونَ إِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمْ لِيَوْمٍ تَشْخَصُ فِيهِ الْأَبْصَارُajandaaf jecha namummaa dagachuun safuudhaa rabbiin isaan haa qajeelchu akkamitti namarraa dhalatee, namaan dhalatee, nama akka isaa maccaawataa godhata? biyyee haa nyaatani 😠dhiira walloo diina qolataatti beekna malee miskiina maatii jiraachisuuf biyyaa bahe dorsiisuutti hin beeknubineeyyin kun walloos arsiis bakkan bu'an yoo gootummaa taate yoo dhiirummaa taate waliif baallamanii isaanumti maaf waliif hin baane??
Abdu jabaadhu bekkaa keenya ATI nama suuta dubatuudhas ati
Si dhageefatuu ni feena garuu dubbii nutti dheereesite akkatti waliin deemuun shakki
Umanii ho'olan kunii walloo akkaa jibamuu godhaa jiraa wly
Subhaanallah yaa rabbi irkoon Keenya suma ☝️
Subanallah 😢😢😢😢😢😢
Jaraan garaan haadhaa saraa buqqeetti kanaafi namnii gaadheen akkaasii Arsii fi walloo bakka hin butuu kun shiraa ummaata keenyaa walin dhahutti.
Ayii😢😢
Dhugaa keti abdiye❤❤❤🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤
Abduu kiyya atti nuuf jiraadhu hbb respect you 👏 ♥️
Abdii guddaa Guddaa Galatoomi 🙏🙏🙏🙏🙏🌻🌻🌻🌻💖💖💖💖
Ummata arsii ummataa mataadhan dhisee miilan yaadu wly
Auzubillaah yaa rabbii najjinaa maalii zulmiiin akkana kuni Kanattuu rabbiiin ijjolee ree'ee arabaa tiksitu tana hidhaa su'uudi kessati hinjireef ,ciittoon dhukkee irraa kaasa baate, zulmiin lafa balleessani kan nagayaas balaan walittii qabee galaafate meeqattu lubbuun darbee hidhaa keesati ??!! Sagalee nu tayaa jedhaani afaan banaa bayan ,yaa waa irranfachu jedhe haceen , ammas kan san caalu rabbiin nutti fiduuf deema yoo dafnee dhaabne male waan kana , qabaan rabbii jabduudha Dhugaa keeti duraan dubbate ati
alhamdulillah nuti oduuf bakka hin qabnu eddo qur'ana rabbi jira❤
Yes dhugaketii 👍
Yahoo ajandaa jetanii hawassaa kabajjaa maqaa hin balesiinaa
Dhifamaa nafi godhatoo ani ijolee arsii kana akka malee jibaa warra safu gate waraa kabajaa waali qabne durbi sani safu betu dhirii sani lee sanuma yaa rabii ati ummata arsi kana qajeelchi mee
😐🤭
Tik took rabbiin nurraa haachufu
Nafxanyaa hagam nugammadi mee oflaala hundi kessanu saba nama afurii tif mee nagaha buusa ammuma kana❤❤❤❤
tuniin diqaaladha ijoolee teena hin jedhiniin Abduu
baarachu dhaabuni dhugaa baay'ee nama midha
Wanti arginuuf waanti dhageenuu hunduu bayyee nama jibisiisaa dhugaa rabbii
Waaqayyoo nuttii haa araaramuu dhugaa hammeenyi ilmaan oromoo daanga darbeeraa
Ayii Oroomoon Kun maaliidhaa
Abdu mashaa allhaa umri dheradhuu oblsa kenyaa dhifama amale ujole yamani haluma kanaa kessaa jirani homa akana wolratt hojata jirani irraa dubadhu nama naghaan ilmani gudfata jirani wani hin tane wolratt dalaga jirani ha dhabatu irraa nufi dubadhu As wr wb
Galatoomi wallahi zabana akkami kessa jirra nuuf hin galle re'ee abbiin isaan of haa beeksisuu warra sammuun cufaa kana
Raabbiñn oromodhuma kana bilisuma hin keninif sila nama nyaatani fixan rabbin amaayyu Zahara siniti habahu
AS WR WB.Wollaahii an akka nama dhuunfaa tokkoottioromummaa koo ofiratti qaana'eerayaaRabbi ummata keenya kana qajeelchi yaaAllaah
Rabbiin isaan haa qabuu boo oromoon duruu binneessaa garaa hin lafuu icciii
Subhanallii
Dhugaa ketii hoola qofaatu woli ghe saalafane jiraa baay'ee namati dhaghama
Dhugaa ketii wlh garaan nama gubataa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa ketii bro kiyyaa galatomii ❤❤❤
Wallaahi Seenaan oromoon dur Amaarri Akkana nugodhe jachaa dhagayaa guddanne sun kijiba nama jachisiisa gochaan oromoon soshal miidiyaa irraa Oodaa jirtu yo laalte
Wlh jecha hasawomu hin ture hasayan
Yaa abboo warrii wan kanaa hojjaatan warraa abarsaa haadhafi abbaan abbarsaa qabanidha.kqabanidha.kanaafi rakkoon kun finfinee irraa kasee hangaa su,ud jarmiyaa qabuu.
somaaliyaa fii itopiyaa tana nurraa dhiisi carqa
Maal goonure yaa jarana Gowwaa Boolla awaalacha hin agarsisina jedhanimitire. Namni kana rawaachajiran Walloomiti Arsiismiti bulguudha.
As wr wbRabbii nu haa qaljeechu❤ Abdu
😢😢😢Maaloo wayo ya rabi
Mucaa baalee tokko tumaa turtee ijoolle walloo akkami godhiiti ijoolle tennaa usitee tummaani ashagulitti bosii
mati naa ta.i
حسب الله ونعم الوكيل
Namaa jibisisanii oromomamaa tanaa. Walahii rabbumanii isanii haa qajelchuu😢😢
Yaa Rabbii Rafimataa nugodhii Esaa demaa jiraa yoo oromo tiyaa
Waly garaan nuu gubatee uufff oromummaa koon jibee 🥹 😢😢😢😢
Yaa salphinaa kenyaa kunuu malii yaa sabba koo dhugaa namaa gadisisa😢😢😢
Wly sikkoo mandoo Akka jarri goote hin goone dhugaa jiru yoo dubbanne
Yes👍🏻👍🏻👍🏻
Subahanallah 😢yaa Rabbii ☝️
Dhugaa ketii rabumatuu nuxiqesee
yes
Subahanalla 😢😢😢
Malatu dhufaa jiraa yaa rabii
Abduu keenya dhugaa odeefannoon ati nuuf qooddu araadaa nutti taheet jiraa
Maaf sobdu ani Amaara hin jennee gurbaan qabamee ture tokko.
Waalhi gubane abdu fala iti kaya malo gubane Maluma tana miskin homa hin bene 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abdu fayyaaleesa nama baga nagaan dhuftee guyyaa tiktok irratti argeen oromummaa koon jibbe dhugaa rabbi 😢
qali koo mati naa ta.i
Arsiin waliin duula waliin rafa waliin nyaata waliin deema wallin marii addemsisa himee hi fixuu Kanaafuu
Dhugaa keeti ❤❤❤
Dhugaa keetii wallahi
Nuf.jiraadhuu.atii.
bakka hundaatti maqaa ummata keenyaa balleessa waaqayyoo lafa isaan bada nama amanta qabuu tokkoo homtu naan hin arguu waaqani nama argaa maqaa xaancha tokkottif foon sangaa tokko bada😭😭😭😭💔💔💔
Instead of listening dhibeen qabeenyaa dhalootaa jijjiiramaaf fayyaa waan irraa gettee/gentle Mandisni Boru akkaa Eegumsaa akka dhaabbilee Waraannii waraanaa qabeenyaa hawaasaa Fayyaadhaa.kanaaf Oslo galma geenyee irraa gufuu.Dhibee waliin bulleeFayyaa bira❤= nullee bullee=colleen tollee
Yaa Oromoo barnnootin Kanaafuu barbaachisaa dha 😮!Ati amoo galata qabda Galatoomi baayyee ❤!!
Oromuma kenya jibine nutti kofalchifte galgaa sareni garafi biyya bate kani kalesa dagate hardha obola ofi nyatee uuuuuuuu😂😂😂😂😂😂😂
Abarsaa moo sihiri isinit godhamee yaa oromo maa woli nyataan osoo hayufi bekaa meqaa kessaa burquu 😢😢😢
Iti.himani.male.iti.hidhani.ree.ilima.koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa rabbii bayee nama gadisisa saroni baka baka waliti qabamani oromo maqaa nyatan
🤦♀️😭😭😭🇸🇦🇸🇦🇸🇦😭YAA.Allah☝🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Anii oromumaa dhiqadhee galaa ta,uu hedaa😅😅😅😅😅😅
Ani duramayyuu beeka carran dhabemakee
Raabii nagaa habusuu 😭😭
Dhiifama warri amantii islaamaa. Rakoon akkanaa kun yaroo hunda warra amantii kana hordofan keessaa madda. Malli isaa maali jettanii yaaddu?
Wly abdu video kee Kan awwalaa ni beekna❤❤❤
yaa Rabbii
yaa Raabii malii kesaa jiiraa😭😭😭😭😭
Galatomii 💚 bro
Kuunni siirummaa nannoo cuffadhuu please?????
galatoomi abdu maali joolleen saqacaaana akkanaa
As wr wb abduu safuu
Walii beelada tuuh irajiira rabuuman nuhagargaruu 12:19 ni
Qanidhaa kuni😭😭😭
Dhugaa
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
Uuuufff Video akka yaada kootiitti jettee nutti dheereeysite gabaabsi dubbii
Walaltotaa biyya araba tana moo😭
Bayee nsma gadisisa😭😭😭😭😭
😊
نسأل الله السلامة من هذا الفعل ونتبرئ من هذا الفعل
Ha faraso base sagale kijiba dhisi
Abduye ❤
😢😢
Nama gurgudda tu duuba jiraa
Wly amarii kana hin godhani😢
❤❤❤
Walii abdii siri jatee
Ani jimma garuu imimmaan qabachuun dadhabe gocha kana yeroo argu ❤❤❤ abdu ko galatoomi dursitee nuuf himte ati ❤❤
Anii jechalle in qabuu garuu ijollee harsii kana dhorkaa maaloo gorfadhaa😢😢
Osoo waani Oromoo dhiqaatani jiraatee dhiqadhee deemaa walhi bilah ofii jibee
Kenyumatu Kenya nyataa essan nuuf dabartti
Auzubilahi minaa sheyxaanil Oromoo 😢😢😢😢
Mee warri oromummaa keessa jibittan tatee miidiyaa irratti demaa jiruu layikii tuqaa
Dhugumaa ketiii walh 😢😢😢
Ani Oromoodha. Gootas Namoota safuu eeggatanis Nan beeka, kan jibbe haa jibbu malee Doofaaf jedhee Oromummaan Koo hin jibbu. Barichumatu Bara gadhee Fi gaariin namaa itti calalamuudhha. Bara gootaa fi lugni adda bahuudha.
@@seetookeenyaan dhugaa ketti mee Yoo ilmaa Oromoo kuttan 2
Akkan wali godhani malitu sitti dhagahamaa diinii ilmaan Oromoo tti karaa banani Oromoo Oromoo irratti garaa jabatee alagani akkamitti siif lafaa 😭😭😭☝️
😊oromoo Abarsa Haadha Abba qabna sila ? Mee soqaa ?
Ijjolle sudiiti hidhamteef warri booya turttan argadha sirrtti !!
Arabini hidhu niballesite ree ?
Dhaloota Akkami akka taane ilaala !!
Maqaa Maali beeki qarshii male
Dhugaa jetee ani amaraa waan badaa dalaguu hin agarre hagaa atii hawwuu takka wol jajabeesaan❤❤❤❤❤❤
wallaahi yoo nu dhaqqabe malee haalli deemaa jiru dallansuu rabbii nutti jarjarsaa jira😢
وَلَا تَحْسَبَنَّ اللَّهَ غَافِلًا عَمَّا يَعْمَلُ الظَّالِمُونَ إِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمْ لِيَوْمٍ تَشْخَصُ فِيهِ الْأَبْصَارُ
ajandaaf jecha namummaa dagachuun safuudhaa rabbiin isaan haa qajeelchu akkamitti namarraa dhalatee, namaan dhalatee, nama akka isaa maccaawataa godhata? biyyee haa nyaatani 😠
dhiira walloo diina qolataatti beekna malee miskiina maatii jiraachisuuf biyyaa bahe dorsiisuutti hin beeknu
bineeyyin kun walloos arsiis bakkan bu'an yoo gootummaa taate yoo dhiirummaa taate waliif baallamanii isaanumti maaf waliif hin baane??
Abdu jabaadhu bekkaa keenya ATI nama suuta dubatuudhas ati
Si dhageefatuu ni feena garuu dubbii nutti dheereesite akkatti waliin deemuun shakki
Umanii ho'olan kunii walloo akkaa jibamuu godhaa jiraa wly
Subhaanallah yaa rabbi irkoon Keenya suma ☝️
Subanallah 😢😢😢😢😢😢
Jaraan garaan haadhaa saraa buqqeetti kanaafi namnii gaadheen akkaasii Arsii fi walloo bakka hin butuu kun shiraa ummaata keenyaa walin dhahutti.
Ayii😢😢
Dhugaa keti abdiye❤❤❤🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤
Abduu kiyya atti nuuf jiraadhu hbb respect you 👏 ♥️
Abdii guddaa Guddaa Galatoomi 🙏🙏🙏🙏🙏🌻🌻🌻🌻💖💖💖💖
Ummata arsii ummataa mataadhan dhisee miilan yaadu wly
Auzubillaah yaa rabbii najjinaa maalii zulmiiin akkana kuni
Kanattuu rabbiiin ijjolee ree'ee arabaa tiksitu tana hidhaa su'uudi kessati hinjireef ,ciittoon dhukkee irraa kaasa baate, zulmiin lafa balleessani kan nagayaas balaan walittii qabee galaafate meeqattu lubbuun darbee hidhaa keesati ??!! Sagalee nu tayaa jedhaani afaan banaa bayan ,yaa waa irranfachu jedhe haceen , ammas kan san caalu rabbiin nutti fiduuf deema yoo dafnee dhaabne male waan kana , qabaan rabbii jabduudha
Dhugaa keeti duraan dubbate ati
alhamdulillah nuti oduuf bakka hin qabnu eddo qur'ana rabbi jira❤
Yes dhugaketii 👍
Yahoo ajandaa jetanii hawassaa kabajjaa maqaa hin balesiinaa
Dhifamaa nafi godhatoo ani ijolee arsii kana akka malee jibaa warra safu gate waraa kabajaa waali qabne durbi sani safu betu dhirii sani lee sanuma yaa rabii ati ummata arsi kana qajeelchi mee
😐🤭
Tik took rabbiin nurraa haachufu
Nafxanyaa hagam nugammadi mee oflaala hundi kessanu saba nama afurii tif mee nagaha buusa ammuma kana❤❤❤❤
tuniin diqaaladha ijoolee teena hin jedhiniin Abduu
baarachu dhaabuni dhugaa baay'ee nama midha
Wanti arginuuf waanti dhageenuu hunduu bayyee nama jibisiisaa dhugaa rabbii
Waaqayyoo nuttii haa araaramuu dhugaa hammeenyi ilmaan oromoo daanga darbeeraa
Ayii Oroomoon Kun maaliidhaa
Abdu mashaa allhaa umri dheradhuu oblsa kenyaa dhifama amale ujole yamani haluma kanaa kessaa jirani homa akana wolratt hojata jirani irraa dubadhu nama naghaan ilmani gudfata jirani wani hin tane wolratt dalaga jirani ha dhabatu irraa nufi dubadhu As wr wb
Galatoomi wallahi zabana akkami kessa jirra nuuf hin galle re'ee abbiin isaan of haa beeksisuu warra sammuun cufaa kana
Raabbiñn oromodhuma kana bilisuma hin keninif sila nama nyaatani fixan rabbin amaayyu Zahara siniti habahu
AS WR WB.Wollaahii an akka nama dhuunfaa tokkootti
oromummaa koo ofiratti qaana'eera
yaaRabbi ummata keenya kana qajeelchi yaaAllaah
Rabbiin isaan haa qabuu boo oromoon duruu binneessaa garaa hin lafuu icciii
Subhanallii
Dhugaa ketii hoola qofaatu woli ghe saalafane jiraa baay'ee namati dhaghama
Dhugaa ketii wlh garaan nama gubataa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa ketii bro kiyyaa galatomii ❤❤❤
Wallaahi Seenaan oromoon dur Amaarri Akkana nugodhe jachaa dhagayaa guddanne sun kijiba nama jachisiisa gochaan oromoon soshal miidiyaa irraa Oodaa jirtu yo laalte
Wlh jecha hasawomu hin ture hasayan
Yaa abboo warrii wan kanaa hojjaatan warraa abarsaa haadhafi abbaan abbarsaa qabanidha.kqabanidha.kanaafi rakkoon kun finfinee irraa kasee hangaa su,ud jarmiyaa qabuu.
somaaliyaa fii itopiyaa tana nurraa dhiisi carqa
Maal goonure yaa jarana Gowwaa Boolla awaalacha hin agarsisina jedhanimitire. Namni kana rawaachajiran Walloomiti Arsiismiti bulguudha.
As wr wb
Rabbii nu haa qaljeechu❤ Abdu
😢😢😢Maaloo wayo ya rabi
Mucaa baalee tokko tumaa turtee ijoolle walloo akkami godhiiti ijoolle tennaa usitee tummaani ashagulitti bosii
mati naa ta.i
حسب الله ونعم الوكيل
Namaa jibisisanii oromomamaa tanaa. Walahii rabbumanii isanii haa qajelchuu😢😢
Yaa Rabbii Rafimataa nugodhii Esaa demaa jiraa yoo oromo tiyaa
Waly garaan nuu gubatee uufff oromummaa koon jibee 🥹 😢😢😢😢
Yaa salphinaa kenyaa kunuu malii yaa sabba koo dhugaa namaa gadisisa😢😢😢
Wly sikkoo mandoo Akka jarri goote hin goone dhugaa jiru yoo dubbanne
Yes👍🏻👍🏻👍🏻
Subahanallah 😢yaa Rabbii ☝️
Dhugaa ketii rabumatuu nuxiqesee
yes
Subahanalla 😢😢😢
Malatu dhufaa jiraa yaa rabii
Abduu keenya dhugaa odeefannoon ati nuuf qooddu araadaa nutti taheet jiraa
Maaf sobdu ani Amaara hin jennee gurbaan qabamee ture tokko.
Waalhi gubane abdu fala iti kaya malo gubane Maluma tana miskin homa hin bene 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Abdu fayyaaleesa nama baga nagaan dhuftee guyyaa tiktok irratti argeen oromummaa koon jibbe dhugaa rabbi 😢
qali koo mati naa ta.i
Arsiin waliin duula waliin rafa waliin nyaata waliin deema wallin marii addemsisa himee hi fixuu
Kanaafuu
Dhugaa keeti ❤❤❤
Dhugaa keetii wallahi
Nuf.jiraadhuu.atii.
bakka hundaatti maqaa ummata keenyaa balleessa waaqayyoo lafa isaan bada nama amanta qabuu tokkoo homtu naan hin arguu waaqani nama argaa maqaa xaancha tokkottif foon sangaa tokko bada😭😭😭😭💔💔💔
Instead of listening dhibeen qabeenyaa dhalootaa jijjiiramaaf fayyaa waan irraa gettee/gentle Mandisni
Boru akkaa Eegumsaa akka dhaabbilee Waraannii waraanaa qabeenyaa hawaasaa Fayyaadhaa.kanaaf Oslo galma geenyee irraa gufuu.
Dhibee waliin bullee
Fayyaa bira❤= nullee bullee=colleen tollee
Yaa Oromoo barnnootin Kanaafuu barbaachisaa dha 😮!
Ati amoo galata qabda
Galatoomi baayyee ❤!!
Oromuma kenya jibine nutti kofalchifte galgaa sareni garafi biyya bate kani kalesa dagate hardha obola ofi nyatee uuuuuuuu😂😂😂😂😂😂😂
Abarsaa moo sihiri isinit godhamee yaa oromo maa woli nyataan osoo hayufi bekaa meqaa kessaa burquu 😢😢😢
Iti.himani.male.iti.hidhani.ree.ilima.koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugaa rabbii bayee nama gadisisa saroni baka baka waliti qabamani oromo maqaa nyatan
🤦♀️😭😭😭🇸🇦🇸🇦🇸🇦😭
YAA.Allah☝🤲🤲😭😭😭
😭😭😭😭😭😭😭😭😭